DU'EES HIN DUUNE Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa 2023 |New oromo film |Ethiopian film | oromo movie

  Рет қаралды 281,545

One Day Film Production

One Day Film Production

Жыл бұрын

#comedyafaanoromoo #neworomomusic #AddisMovies #AmharicMovie #Aradeye #orotiktok #ethiopianmusic #oromo #movie #love #comedy
Fiilmii badhaafamaa 'Oda Award' bara kana kan ture.
Telegram t.me/oneday100
FACEBOOK profile.php?...
KZfaq / @onedayfilmproduction
EMAIL mail.google.com/mail/u/0/#inbox
TIKTOK www.tiktok.com/@onedayfilmpro...
INSTAGRAM / alemujimaayane
#Ethiopianmusic #nahomrecordsinc #Keol
@DrNafyadGetuOfficial @EGEREEMEDIA #dance #donkey #funny #funnyvideo #newsong #tiktok #besintu_sitcom #music #memes #besintu_sitcom #gelana #du'eeshinduune #SeifuonEBS #oia #SeifuFantahunShow #SeifuFantahun
#Ethiopianmusic #nahomrecordsinc #Keol #Jamaree #amharicmusic #amharicmusicvideo #Keolmusicvideo #Ethiopianmodernmusic #habeshamusic
#ethiopiantiktok #nahomrecords #nahomfavorites #2_nen #ethiopianamharicmusic #ethiopia #ethiopiancomedy #ethiopiandrama #ethiopianmovie #ethiopiandram #ethiopiannews #habeshatiktok #habeshatiktovideos #etv #etvnews #ebs #ebstv #ebsnews #kanatv #eritreanmusic #oromomusic #amharamusic #Ethiopianmusic #Keoloromomusic #eritreanmusic #Jamaree #sudanesongs #Tigrigna2023
#AwdametDerfiTigrigna #Pin #eritreanmusic
#TigrignaDerfi2019 #habesha #amharicmusic
#Simesilegn #Helenberhe #habibi #syria #saudiarabia #AwdametDerfiTigrigna #OldTigrignaClassicalMusic #NewEritreanMusic2023 #Eritreanmusic #Eritreansong #jackygose #NewEritreansong
#girl
#eritreanmusic #tigrignamusic
#oromomusic #keol #EritreanWeddingMusic #ethiopianmusic2023 #Jamaree #hopeentertainment
#nahomrecords #Eritreanawdametmusic #EritreanAwdametguayla #minewshewa
#NewEritreanSongs #NewEritreanMusic
#BestEritreanguayla #Eritreannewmusic #Tigirignamusic #Eritreanguayla #Eritreanbestmusic
#Eritriantigirgnaguayla #ebs13_17
#besttigrignamusic #Jamaree #Tigrignaguayla2023 #EritreanMusic2023
#Tigrignamusic2023 #EritreanWeddingsongs #ethiopianamharicmusic #OldEritreanMusic
#OldTghirignaMusic #marocko #hakimi
#OldTigrignaClassicalMusic #WolaytaMusic
#OldEritreanSongs #EthiopianMusic #EthiopianSong
#Ethiopiandrama #Ethiopiantgraymusic
#EthiopianAmharicMusic #Ethiopianfilm #france #Ethiopianfilms #Ethiopianmusics2023 #AmharicMusic
#OldAmharicsong #OldAmharicMusic
#Ethiopiansongs2023 #Ethiopiannewsongs #Ethiopiannewmusic #MusicofEthiopia
#EthiopianMovies #Ethiopiannewmovie #EthiopianMovie
#EritreanDrama #EritreanMovie #Eritreanfilm #Eritreannewmovies #EritreanDramas #Eritrean2023bestdrama #Eritreanbestfilms. #BestEritreandrama #EritreanBestdrama2023
#Eritreanbestfilm #Eritreandrama2023
#TigrignaDerfi
#TigrignaDrama #TigrignaEritrea #TigrignaEthiopian #sudanese_musically
#HadishTigrigna #TigrignaBahlawi #arabicmusic #sudanesemusic
#TigrignaAwdametMusic #TigrignaAwdamet
#Tigrigna #Kedem #Tigrigna2020 #Tigrigna2022 #sudan #sudanesongs #arabic
#Tigrigna2023 #seifuonebs #Awdamet #Tigrigna
#OldTigrignaClassicalMusic #WolaytaMusic

Пікірлер: 703
@burtukanburta3602
@burtukanburta3602 Жыл бұрын
Mee kani akka koo imimani dhagalasee jira😭😭😭😭😭
@naimaadem8542
@naimaadem8542 Жыл бұрын
anis bayyen bohee Garu mucani woyyo jedhu suni heduu naa kolfisise
@NafyadEntertainment
@NafyadEntertainment Жыл бұрын
wow hojii bayye bayye namatii toluudha dhugaa keessatu seenan irrati hojatame tatee sabnii keenyaa yeroo amma keessaa jiruu iffan ifaati mulisaa tattonii iratii hirmatanis tokkofadhaa inni biraamoo filmin kuun filmii afaan oromoo elaati annee waggaa dheraa bodaa fedhii fi hawiii dawaatota filmii afaan oromoo gutuuf hojatamee jedhen fudhaa kanna bodas akka cimiinan hojatanii fedhii dawaatota filmii afaan oromoo dubatii harkiffate darran akka dabalttan abdii qabaa anii gama kotii bayye itii gamadee jiraa jabadhaa
@obsefeyisachaka9121
@obsefeyisachaka9121 Жыл бұрын
Filmi afaan oromo yeroo jalqaaba ilaale bohee filmi eela ture namni filmi eela ilaale hin bonyee hin jiru yeroo lammaffa filmi kanaatu na bossise seenaa dhugaadha kun😭😭😭😭😭
@genetdelesa4388
@genetdelesa4388 Жыл бұрын
Dhugaa keti
@onedayfilmproduction
@onedayfilmproduction Жыл бұрын
Galatoomaa..
@user-cs2hy9yc3j
@user-cs2hy9yc3j Жыл бұрын
Wayyoo imimmaan Koo dhangalaafadheen boohe😭😭😭😭😭😭, ta'us dhuma irra baayyee gammadeera❤❤❤❤❤jabaadhaa ijoolleen oromoo
@branibru3180
@branibru3180 Жыл бұрын
Wayoo jedhee mucanii😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@asentigudisaa4580
@asentigudisaa4580 Жыл бұрын
Wowowowowowo bayyee namatitola itti fufa seenaa dhugaa ofi keessa qaba jabadha ❤️💚❤️❤️💚❤️💚💯4️⃣3️⃣0️⃣🐅🐅
@tamiregabbisa3127
@tamiregabbisa3127 Жыл бұрын
Wowow
@branibru3180
@branibru3180 Жыл бұрын
Wayoo naa dhokfatanii bunaa dhuguduu edaa😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@kalidfadilu2934
@kalidfadilu2934 Жыл бұрын
Wow film erga fi ecciiti gudda of kessa qabu akkasi nuf dalagu kessanif bay,ee galatomi itti fufa ummaata kenya saba baldha kana filmi akkasi hojeedha ❤
@stadstsr1233
@stadstsr1233 Жыл бұрын
Wow baayy'ee namati tolaa jabbadhaa dhugaa baayy'ee garaa nama nyatani ijoleni lamani❤❤❤❤❤❤
@bontudejene7198
@bontudejene7198 Жыл бұрын
Diraman jirenya koo keesaati dawadhe keessaa kani akka dirma kana na ajayibe fi na hawate hin agare😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@gmelhalhhal7401
@gmelhalhhal7401 Жыл бұрын
Odomaa Boyaa Jiruu Mucan Woyoo Jedhuu Naa Kolfisise😂
@BirhaneTasfaaye-kt3qe
@BirhaneTasfaaye-kt3qe Жыл бұрын
Wayoo dhugaa namni amakoo boyee jiraa lataa 😭😭😭😭😭😭😭😭
@caltuuangasaa1845
@caltuuangasaa1845 Жыл бұрын
Uuuuuuuffffff waa'ee lafaa kuni Bakumaa hundaa
@oromotitube2877
@oromotitube2877 Жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuuuuuufffffff filimii kunii baye Gara nama Balesa wanuma jiruu dhugaa 😭😭😭😭😭😢😢
@urjiiamboo5417
@urjiiamboo5417 Жыл бұрын
Wwwwwwoooo dhugaa. Bayee namatii tolaa kunii senaa dhugaa jiirtuu dhaa. Kan Adunyaan rakoo gatee wa.e lafaa kanaa. Dhugaa dhabuu. Sobatuu dhugaa dhalee. Nuxiiqesee. Jebadhaa jabadhaa. Akumatii ittii fufaa. ❤❤❤❤❤Wayoo ❤❤❤❤❤ maloo qoqakoo. Dhiyanaa isamoo yaa nyatuu maloo 😢😢
@BirhaneTafasa
@BirhaneTafasa Жыл бұрын
Barreda jabadha film afan oromo jalqabaf itii gamadde❤
@dawalamomsa4813
@dawalamomsa4813 Жыл бұрын
Dhugaa baay'ee nattii tolee dhugaa jabaadha Lammiikoo seenaa Oromoo isaa sirridha
@user-tg8zr8qt7m
@user-tg8zr8qt7m 7 ай бұрын
Bareessaan kuu baay'ee tokko hayyuu guddaa baay'ee ❤sii jalaadha🎉
@merkebedechesa6940
@merkebedechesa6940 Жыл бұрын
Uuuuffff filmi Afan oromo laphe nama cabsa 😢💔😭dhugga kuni wanuma dur ta'a turedha garu Osuma bo'u muccan wayyo jedhu kuni fedhi male nama kofalchisa😂
@gadaajisa-wb3vz
@gadaajisa-wb3vz Жыл бұрын
Wayyoo jedhee mucaan😂😂 Osoon bohun😢 kolfa😂
@sisay811
@sisay811 Жыл бұрын
Dhugaa hedduun itti gammadee ilaaleen, seena dhugaa ani beekun walitti dhufeenya qabaan❤ Dandettiin actingis hedduu na hawwateeran. I hope guyyaa tokko sin waliin hojjeedhaan.
@robahailemariamnew7009
@robahailemariamnew7009 Жыл бұрын
Jabaadha 🤝
@fetene2594
@fetene2594 Жыл бұрын
Jabaadhaa
@Amokeyo
@Amokeyo Жыл бұрын
Dhugaa miraa kiyyaa ol ta'ee feeling isaan dadhabee imimmaan lakkuu😢😢
@soliyanachalaa4397
@soliyanachalaa4397 Жыл бұрын
Fiilmiins jirenyaniis bonyee dandenyaa😁ree🥲
@wudegizawu3629
@wudegizawu3629 Жыл бұрын
Anaa dhugaa natii fakaten bo'ee maloo😭😭💔
@diinaoltaganu5429
@diinaoltaganu5429 Жыл бұрын
Baay'ee namatti tola! Waan dhugaan lafa jiru bifa aartitiin akka kanatti lafa kaa'uun keessan ciminaa fi dandeetti adda qabaachuu keessan mul'isa! Jabaadha nuuf dabala! Wanti kun qabatamaadhan hawaasa keenyaa keessa jira. Namni waan kana keessatti of ilaalu hedduudha! Nama barsiisa, namallee bashannansiisa!
@rozishaabdiaame
@rozishaabdiaame Жыл бұрын
Waw
@birkeaduna
@birkeaduna Жыл бұрын
Dhugaa dirma ajibatii jabadhaa❤❤
@wabigemechu7083
@wabigemechu7083 Жыл бұрын
Maaloo mucaa wayyooo wayyoo jedhuu kana kolfaan naa jesee😂😂😂😂uuffi Kutaa 2ffaa maaloo film ajaa'ibati
@ebisemosisa210
@ebisemosisa210 Жыл бұрын
Wayyoo😂😊
@wabigemechu7083
@wabigemechu7083 Жыл бұрын
@@ebisemosisa210 🤣🤣
@meseoroyoutube287
@meseoroyoutube287 Жыл бұрын
Wayyooo qabamuu ijolee naa bosisee lafaa Jechuunii lafedhaa hojii baredaa 😢❤
@user-mw8jp5zt4n
@user-mw8jp5zt4n Жыл бұрын
Wayyoo wayyoo kaantuu naa ajees kolfaan malo ittii fufaa❤❤❤❤❤❤❤❤
@tiyyagabe3964
@tiyyagabe3964 Жыл бұрын
Imimmaan mataa naa dhumatee wontumaa oromoon ta.aa jiruu itti jabadhaa hujii gariidhaa
@beshenenuabu
@beshenenuabu Жыл бұрын
filmi afaan oromoo kessa yero jalqabatif kan nati tole elaa fi du'ees hin dune kanadha wow bayye garidha jabadha
@bonsaabera6027
@bonsaabera6027 Жыл бұрын
Jaabadhuu 🎉😊
@bekikjara3265
@bekikjara3265 Жыл бұрын
Wow jabaadha waan ofii Kun seenaa keenya keessa Isa tokko♥️💚
@tamiratfikadu8065
@tamiratfikadu8065 Жыл бұрын
Bayyee namati tola jabadhaa bayyee barumsaa qaba❤
@tamiregabbisa3127
@tamiregabbisa3127 Жыл бұрын
Jaabadha namati toolaa💪💪💪💪💪💯💯💯💯
@TurungooYouTube
@TurungooYouTube Жыл бұрын
😂😂😂😂 waayoo nama hobatii😊
@waqayyooabdikootiwaqayyooa9117
@waqayyooabdikootiwaqayyooa9117 10 ай бұрын
Uuuuuuffuu gara koo na dhukubee utu boyu sena bayee gara nama dhukubsu dha garuu dhimaa isati baayee gamadee gaaltooma sena adaa hojetanii❤❤❤❤
@haymehabash6173
@haymehabash6173 Жыл бұрын
Wow Amazing kessumatti wayyoo😂😂😂
@user-qo6rh7jf2j
@user-qo6rh7jf2j 6 ай бұрын
Dhuga Dhugaa Bayyyyyeeee Nati Tolee Mal Jedhu Jabadhaa😭😭👌👌👌👌👌❤️❤️❤️❤️❤️🤍🖤
@OromooOromiyaa-rh2gn
@OromooOromiyaa-rh2gn Жыл бұрын
Akka kootti diraamaa addaa diraamaa akka oromiyyaa qofa osoo hin taane akka adduyyaatti record cabsuudhan jedha.baayyee tola itti nuuf fufaan dhaamsa kooti qaaliiwwan Oro
@abdiikoosi-we5xj
@abdiikoosi-we5xj Жыл бұрын
❤❤dhugaa wantumaa jirtuudha jiradhaaummuriidherraa❤❤❤❤❤❤
@user-km7tv3vj9t
@user-km7tv3vj9t Жыл бұрын
Wayooo marqaan kun akkamitti mi'aawa sila😂😂😂 Osoon boo'un kolfe,fiilmii ajaa'ibaatii jabaadhas itti fufaa
@bizuwoukbekele9286
@bizuwoukbekele9286 Жыл бұрын
Akkuma koo tatee 😂😂😂
@faxumatube5843
@faxumatube5843 Жыл бұрын
Jabadhaa baredaa ❤❤❤
@didgaga3907
@didgaga3907 Жыл бұрын
😢😢😢😢😢 🎭 dirama afaan oromo sadarkaa 1 ol buteraa
@Senna1373
@Senna1373 11 ай бұрын
Uuuuuuuuuuuufffffff Oromoo koo jabadha mee😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@dadingmoralessabuddin5639
@dadingmoralessabuddin5639 Жыл бұрын
Wayoo 😂😂😂 Hin dunee eddaa jedhee
@HawaAth
@HawaAth Жыл бұрын
Baayyee garidhaa jabadhaa itti nu fufaa❤❤❤
@azaludeneken8461
@azaludeneken8461 Жыл бұрын
Mucichii inni wayyoo jedhuu baay'ee Nama kofalachisaa 😂😂😂😂
@AdinaanRashiid-wj3xo
@AdinaanRashiid-wj3xo 10 ай бұрын
Wallaahi dhugaa natti fakkaate nan boo,ee😭
@umerdiine1049
@umerdiine1049 Жыл бұрын
Baayyee Baayyee namatti tola filmii kana gaafa inni guyyaa Eebba isaa irraa kaasee haalanin barbaadaa turee Baayyee gaariidha kanaa olitti hojjachuu qabdaa!!!! I am appreciated this film!!!!
@turaashamahamadi4553
@turaashamahamadi4553 Жыл бұрын
Woyoooo 😂😂😂
@tadeluabara2190
@tadeluabara2190 Жыл бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢seenaa dhugaa, oromoo fi oromiyaa kessaa jiruudhaa kun garuu namaa boosisaa
@hawiizedi2386
@hawiizedi2386 Жыл бұрын
wow imimaan qabachuu dhadabe heduu namaa bochisaa jabadhaa senna jiruu agarisisuun akasi iti fufaa sin jedhaa❤❤❤❤
@HawwiiDarajjee
@HawwiiDarajjee 10 ай бұрын
Uuuuuuuuuf yaa rabbii filmii akkam garaa nama nyaatudha jalqabni nama bochisa dhumni isaa ggaruu waaw amazing❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@FiilmiiOromo25
@FiilmiiOromo25 Жыл бұрын
Dhugaa rabbii Fiilmii akkanaa ilalee hin beekuu.... Woww...Fiilmiin kun jireenya ummanii keenya guyyaa guyyaan dabarsaa kan jiruudha... 👏👏👏 Bareessaa Fi Direktaarii Fiilmii kana Alemu Jima (Alex ).. Waan heedu siraa egnaa.... Tatoota fiilmii kana irratti hirmatan hundii... Galata Guddaa qabduu.. Jabadhaa.. Itti fufa... Wonder full team
@jaletahordofa5338
@jaletahordofa5338 Жыл бұрын
Ajaa'ibaa Filmii baayyee bareeda dha
@zeynabaamaan3483
@zeynabaamaan3483 Жыл бұрын
Bayee namati totu jabadha itti fuffaw❤❤❤❤
@user-jm4gg6ne6n
@user-jm4gg6ne6n 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤ bayee namtii tolaaa❤❤❤
@kuurrig1793
@kuurrig1793 Жыл бұрын
Dhugaa waqayoo duraa saa gadaan turee achiin moo baayeen kolfee dhugaa waqayoo 😂😂😂😂😂wayoo anii dhaabee 😂😂😂
@TsahayeMakonniin-dp4fb
@TsahayeMakonniin-dp4fb Жыл бұрын
Uuuuffff dhugaa fakataa namaa bochisaa 😭😭
@yeroo730
@yeroo730 10 ай бұрын
Yaa bo'ichaa ani boo'ee isif biriidhaa maaf nu bosisuu garuu wowu jabaadha filmii addaatti ijjoolee biyaa koo wayoo😂😂 wayoo 😂😂😅😅😊
@kumaad2904
@kumaad2904 Жыл бұрын
Wowowowowowo bayyee tokkoo namaa ttii tolee ❤❤
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 Жыл бұрын
Wowowowo baga dirama ta'e malooo bo'ee du'e ani uufff oromoo I love you ❤❤❤❤😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉🎉 Mucan waayyoo jedhusun garuu oson bo'u na kofalchisa turee😂
@naollemessa3134
@naollemessa3134 Жыл бұрын
anuma qofatti moo kan dhugaa fakkatee garaan gubatee😭😭😭 reality
@diribeabdo7454
@diribeabdo7454 Жыл бұрын
Thanks!
@abebechshifarrayoutube1487
@abebechshifarrayoutube1487 Жыл бұрын
Wwowwwowwww 🎉 mucaan wayyoo jedhuu suni bayyee nama garamaa
@shagutube9968
@shagutube9968 Жыл бұрын
Boyyaa 😭😭ture garuu dhuma irratti gamadeera ❤
@lensaakadir7286
@lensaakadir7286 Жыл бұрын
Takka ni bohaa yoo mucaa suni wayoo jedhu ni kolfaa heddu baredaa
@tarikemosisa3817
@tarikemosisa3817 Жыл бұрын
Jireenyaa Oromoni kessa jiruu yero kana hojetaan Uuuuuuuuuuffff it fufaa😭😭😭😭😭😭
@wudegizawu3629
@wudegizawu3629 Жыл бұрын
Jabadhaa bayyee baredaa
@semalegirma1871
@semalegirma1871 Жыл бұрын
Uuuuuuuuuffff hadhas dhabanit abbas dhaban😭😭😭😭😭
@mimobadhasa4675
@mimobadhasa4675 Жыл бұрын
Wayooo dhugaa bayee namaa gadisisaa garuu dhumnisaa bayee nati tolee jabbadha oromokoo nuuf jiraadha 🥰🙏
@dessialiy7600
@dessialiy7600 7 ай бұрын
Uuuufff Barumsa Gudda qaba Jabadha ❤️🥹Inni Wayyo ja'uu kun 😂😂😂😂😂
@chaltuboja9533
@chaltuboja9533 Жыл бұрын
Senaa dhugarati hunda,ee dhugaa bayenamatii tolaa wowwww jabadhaa lami koo
@onedayfilmproduction
@onedayfilmproduction Жыл бұрын
galatomii chaltuu
@zeynabaamaan3483
@zeynabaamaan3483 Жыл бұрын
Woyowyo❤❤❤
@Senna1373
@Senna1373 11 ай бұрын
Waayooooo😅😅😅😅😅😅😅
@lattuuwallaggaa1015
@lattuuwallaggaa1015 Жыл бұрын
Yaa OROMO 😢❤❤😢
@mariyammariyam.2026
@mariyammariyam.2026 Жыл бұрын
Wowuuu nufii jiraadhaa ❤❤❤❤
@caaltuutube4360
@caaltuutube4360 Жыл бұрын
Waanti Namaa Bocsisuu Bayyee Jiraa Garuu😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢 Kana Namaa Kolfaacisa muchaa Wayyoo Wayyoo Jeduu Sun 😅😅😅
@user-wd1fd9fp7i
@user-wd1fd9fp7i 7 ай бұрын
Uuuuuuuuuuuufffffffff 😂😂😂😂😂 dhugaa fakkata malooooo
@user-yz2ud9ck8x
@user-yz2ud9ck8x Жыл бұрын
😢😢😢😢unruffff bay'ee namati tola jabadha
@meseoroyoutube287
@meseoroyoutube287 Жыл бұрын
Wayoo😂😂 hojii kee atii moo
@chalturegasa5056
@chalturegasa5056 Жыл бұрын
It's amazing ❤
@qalloowarratuulamaashaggar1477
@qalloowarratuulamaashaggar1477 Жыл бұрын
Filmiichi haala Oromoo keessa jiruu ibsa wayi nuyi😭😭😭
@kareemhashem5391
@kareemhashem5391 Жыл бұрын
Jabadhaa
@nancyalam7125
@nancyalam7125 Жыл бұрын
Jabadha itifuua bay,ee bareedha
@SamiraaShanqo
@SamiraaShanqo 7 ай бұрын
❤woyoo kkkkkkk
@sabboontuuyoutube2148
@sabboontuuyoutube2148 Жыл бұрын
Wawo hojii Ajaa'iba ❤❤😢
@makeyagirsha6329
@makeyagirsha6329 Жыл бұрын
Waanuma ta'aa turee uuuufff seenaa oromoo fi oromiya
@user-qo9lw8fs1p
@user-qo9lw8fs1p Жыл бұрын
Bayyee diramaa baredaa jabadhaa
@dararobinoo2893
@dararobinoo2893 Жыл бұрын
Woyoo woyoo kkkkkkkkkk
@SabiyeSar
@SabiyeSar Жыл бұрын
Wayyoo keep to up continue
@almazyadeta5372
@almazyadeta5372 Жыл бұрын
Dhumnisaa na gammachisera jalqabisaa naa bosisusi jabaadha❤❤❤❤❤❤❤❤
@madinakadire5633
@madinakadire5633 Жыл бұрын
mucaa woyoo woyoo jedhuu sunii naa kofachisee😂😢😢😊
@TurungooYouTube
@TurungooYouTube Жыл бұрын
Wow wan bayy,ee hamster dema jiraa jabadhaa oromoo wan oromoon jiruuf ibsaa jirtuu jabadhaaa Wal ta.a❤❤❤😢😢😢😢
@amiineetubeofficial833
@amiineetubeofficial833 Жыл бұрын
Way nayaadachiise dhugaa rabbi jabaadha
@hawwiinkobiliisumaa207
@hawwiinkobiliisumaa207 Жыл бұрын
Kkkkkkkkk 😀😀😀
@Alem18649
@Alem18649 Жыл бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😂 dhunii Isaac bayyee baredaa dhugaa garuu bayyee nii boyyee😢😢😢😢😢😢
@yeeethiolijii8285
@yeeethiolijii8285 11 ай бұрын
Wly hin kolofalee hin boyalee anii kaa woyoo woyoo jedhuu satuu naa kolofisisaa😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤kuwanii ammoo naa bochisaa😭😭😭😭😭😭😭
@masilove1953
@masilove1953 11 ай бұрын
😂😂😂😂😂😂😂
IJA KOO Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa 2023 |New oromo film |Ethiopian film | oromo movie
1:41:09
Happy 4th of July 😂
00:12
Alyssa's Ways
Рет қаралды 68 МЛН
Mama vs Son vs Daddy 😭🤣
00:13
DADDYSON SHOW
Рет қаралды 22 МЛН
УГАДАЙ ГДЕ ПРАВИЛЬНЫЙ ЦВЕТ?😱
00:14
МЯТНАЯ ФАНТА
Рет қаралды 3,9 МЛН
Who has won ?? 😀 #shortvideo #lizzyisaeva
00:24
Lizzy Isaeva
Рет қаралды 65 МЛН
Seenaa dhugaa filmii Afaan oromo
1:17:59
oromia news tube
Рет қаралды 196 М.
Hojjataa Diishii bultii nama diige! daawwadhaa
17:46
Lookoo Tube
Рет қаралды 106 М.
Gaadii Hiree|Full Afaan Oromoo Movie 2021
1:32:54
Monet Media
Рет қаралды 718 М.
Hir-koo - kutaa 51 ffaa
34:54
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 250 М.
SIINAN FIILMII AFAAN OROMOO HAARAA 2023
1:46:35
Olbirat entertainment
Рет қаралды 786 М.
Sigma Kid Hair #funny #sigma #comedy
0:33
CRAZY GREAPA
Рет қаралды 33 МЛН
POV Joy Hero | Episode 16 Inside Out 2
0:15
GeMiN YT
Рет қаралды 6 МЛН