IJA KOO Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa 2023 |New oromo film |Ethiopian film | oromo movie

  Рет қаралды 280,638

One Day Film Production

One Day Film Production

Жыл бұрын

#comedyafaanoromoo #neworomomusic #AddisMovies #AmharicMovie #Aradeye #orotiktok #ethiopianmusic #oromo #movie #love #comedy
Telegram t.me/oneday100
FACEBOOK profile.php?...
KZfaq / @onedayfilmproduction
EMAIL mail.google.com/mail/u/0/#inbox
TIKTOK www.tiktok.com/@onedayfilmpro...
INSTAGRAM / alemujimaayane
#Ethiopianmusic #nahomrecordsinc #Keol
@DrNafyadGetuOfficial @EGEREEMEDIA #dance #donkey #funny #funnyvideo #newsong #tiktok #besintu_sitcom #music #memes #besintu_sitcom #gelana #du'eeshinduune #SeifuonEBS #oia #SeifuFantahunShow #SeifuFantahun
#Ethiopianmusic #nahomrecordsinc #Keol #Jamaree #amharicmusic #amharicmusicvideo #Keolmusicvideo #Ethiopianmodernmusic #habeshamusic
#ethiopiantiktok #nahomrecords #nahomfavorites #2_nen #ethiopianamharicmusic #ethiopia #ethiopiancomedy #ethiopiandrama #ethiopianmovie #ethiopiandram #ethiopiannews #habeshatiktok #habeshatiktovideos #etv #etvnews #ebs #ebstv #ebsnews #kanatv #eritreanmusic #oromomusic #amharamusic #Ethiopianmusic #Keoloromomusic #eritreanmusic #Jamaree #sudanesongs #Tigrigna2023
#AwdametDerfiTigrigna #Pin #eritreanmusic
#TigrignaDerfi2019 #habesha #amharicmusic
#Simesilegn #Helenberhe #habibi #syria #saudiarabia #AwdametDerfiTigrigna #OldTigrignaClassicalMusic #NewEritreanMusic2023 #Eritreanmusic #Eritreansong #jackygose #NewEritreansong
#girl
#eritreanmusic #tigrignamusic
#oromomusic #keol #EritreanWeddingMusic #ethiopianmusic2023 #Jamaree #hopeentertainment
#nahomrecords #Eritreanawdametmusic #EritreanAwdametguayla #minewshewa
#NewEritreanSongs #NewEritreanMusic
#BestEritreanguayla #Eritreannewmusic #Tigirignamusic #Eritreanguayla #Eritreanbestmusic
#Eritriantigirgnaguayla #ebs13_17
#besttigrignamusic #Jamaree #Tigrignaguayla2023 #EritreanMusic2023
#Tigrignamusic2023 #EritreanWeddingsongs #ethiopianamharicmusic #OldEritreanMusic
#OldTghirignaMusic #marocko #hakimi
#OldTigrignaClassicalMusic #WolaytaMusic
#OldEritreanSongs #EthiopianMusic #EthiopianSong
#Ethiopiandrama #Ethiopiantgraymusic
#EthiopianAmharicMusic #Ethiopianfilm #france #Ethiopianfilms #Ethiopianmusics2023 #AmharicMusic
#OldAmharicsong #OldAmharicMusic
#Ethiopiansongs2023 #Ethiopiannewsongs #Ethiopiannewmusic #MusicofEthiopia
#EthiopianMovies #Ethiopiannewmovie #EthiopianMovie
#EritreanDrama #EritreanMovie #Eritreanfilm #Eritreannewmovies #EritreanDramas #Eritrean2023bestdrama #Eritreanbestfilms. #BestEritreandrama #EritreanBestdrama2023
#Eritreanbestfilm #Eritreandrama2023
#TigrignaDerfi
#TigrignaDrama #TigrignaEritrea #TigrignaEthiopian #sudanese_musically
#HadishTigrigna #TigrignaBahlawi #arabicmusic #sudanesemusic
#TigrignaAwdametMusic #TigrignaAwdamet
#Tigrigna #Kedem #Tigrigna2020 #Tigrigna2022 #sudan #sudanesongs #arabic
#Tigrigna2023 #seifuonebs #Awdamet #Tigrigna
#OldTigrignaClassicalMusic #WolaytaMusic

Пікірлер: 405
@qalloowarratuulamaashaggar1477
@qalloowarratuulamaashaggar1477 Жыл бұрын
Filmii kuni osoo kan warra soodda ta'e miliyena meeqa gahe garuu oromoo wal hidhu malee wal jabeessu hin beeknu bayy'inni rakkoodha furmataa mataa saa jedhe Hacaaluun💔 Jabaadha ijoollee keenya❤
@amiirumar8420
@amiirumar8420 Жыл бұрын
Dhuga wajihiirabbi 😊
@daughteroftheking3220
@daughteroftheking3220 Жыл бұрын
Dhugaa jirtuu kanaa sanyii
@sabontuutube5232
@sabontuutube5232 11 ай бұрын
Dhugaa keteee jettee namnii kenyaa commentf like waan basii qabuu ittii fakkataa❤❤❤
@Rahma-dz2sj
@Rahma-dz2sj 8 ай бұрын
Sah wly 👌anu bay'ee na arse😢
@hayatlovely2297
@hayatlovely2297 6 ай бұрын
Dhugaa keeti
@Rediademtube
@Rediademtube Жыл бұрын
An yeroo dheraaf filmii afaan amharaa hordofaa as gahe har'a garu gaaf filmii kana ilaalu abdi nati horame waan bay'ee irraa baradhes galatooma jechuun qofti gaha mitii umrii dheraa nuf jiraadha abdi nuti hortan kana boda of tane waliin tane wal guddisuu qabna love oromoo film❤🙏 @KZfaqr oromo Redi Adem Tube irraa
@kenaatube2367
@kenaatube2367 Жыл бұрын
Mee ijoolee maloo sher laikii godhaa jajabesaa ijoolee kana hoojii isaani bayee namati tolaa❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@uaruae7558
@uaruae7558 Жыл бұрын
Jabaadhaa, Oromokoo Wol Jabbeessaa Film Aja'ibaatii😢😢😢❤
@muluketeme2126
@muluketeme2126 Жыл бұрын
@Bontuu457
@Bontuu457 Жыл бұрын
Seenaa dhugaa 😢Waan baayee Namatti tola Jabadhaa itti fufaa 😢❤❤❤❤😢😢
@mezigabbelayaddise816
@mezigabbelayaddise816 Жыл бұрын
Dhugaa bayyeen bo'ee 😢😢film bayyee natti toluufi senaa dhugaa wal qabatuudha 😢❤gudda galatoma 🙏
@user-gf6qb1ki4e
@user-gf6qb1ki4e 7 ай бұрын
Jabaadhaa Oromo koo wol Jabbeessaa Film Aja,ibaatii 😢😢😢❤❤
@kenaatube2367
@kenaatube2367 Жыл бұрын
😢😢😢ijoolee dhuni isaa gara nama nyataa bayee garuu hojii gariidhaa jabadhaa qalii wani kenyaa🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-gw3ys9zt7i
@user-gw3ys9zt7i 9 ай бұрын
Wow baye nama gamchisa filem afan oromo lale hinbeky tore jabadha❤❤❤❤❤
@ejigualemu
@ejigualemu Жыл бұрын
❤❤❤❤ Waaw
@gospeltube1
@gospeltube1 Жыл бұрын
Fiilmii Baay'ee bareedudha, dhugaadha dandeettii addaa qabdu, ijoollee keenya Jabaadhaa !!
@BurteeBurte-sg6cg
@BurteeBurte-sg6cg Жыл бұрын
jabadhaa senna garaa nama ballessu wal jajabessun adda kenyaa nuf haa ta'uu oromoo👍👍👍👍
@burteechimdesa5444
@burteechimdesa5444 Жыл бұрын
Galatoomaa baay'ee namatti tola garu dhuma isaa 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@user-lx9pt7qs5e
@user-lx9pt7qs5e Жыл бұрын
Fillmii ijoolleen kun hojeetan baay,ee namati tolas baay,ee garaa nama nyaata
@jdkdisjd9164
@jdkdisjd9164 Жыл бұрын
❤jalalaa dhugaa❤💔💔
@fayeranamo5480
@fayeranamo5480 Жыл бұрын
Jabaadhaa itti fufaa aartii ofii guddisuun sabboonummaadha!!!!
@tesfalemalemu8894
@tesfalemalemu8894 Жыл бұрын
jaalqabbii bareedadhaa Aartiin Keenyaa karaa guddinaara jiraa 👍👍👍
@user-uj1he3oc2w
@user-uj1he3oc2w Жыл бұрын
Wowo bayee natti tola yaa Oromoo woliin haa jabesiinu oroomo koo
@masiioro1859
@masiioro1859 11 ай бұрын
Filmi bareda kana like it xiqata ❤
@MasaratUlfina-hr7tz
@MasaratUlfina-hr7tz Жыл бұрын
Maloo Dhugaa Ergaa Gudaa qaba sherii like godhaa please Oromoo
@hawwiiintalaatawayidootube9335
@hawwiiintalaatawayidootube9335 Жыл бұрын
Filmii baay'ee bareeduu namati tolaa garas nama nyataa miraa keessa nama galchaa jabadhaa qaliwwaan keenyaa😍😍😍😍
@ichimajaa
@ichimajaa Жыл бұрын
Abdii guddaa akka Oromootti nutti Hortan jabaadhaa dhugaa kana caalaa akka hojjettan nutti argsiistan filmii Afaan Oromoo Eelaa booda kan na booji'e kanaan arge galatoomaa
@msirajamal4515
@msirajamal4515 Жыл бұрын
Oro ko❤❤❤❤🎉🎉
@OSAEthiopiaOfficialChannel
@OSAEthiopiaOfficialChannel Жыл бұрын
Jabadhaaa jajabewane Kenya
@Zade2919
@Zade2919 Жыл бұрын
Wow filmii aja'ibati jaabadha itti fufa
@alemitubirhanu4300
@alemitubirhanu4300 11 ай бұрын
Uuffee diramas ta'u seena dhugaati onnef qalbii wal caabsa jiraachuun yeroo kenyaa kana💔😢 Jabadhaa bayyee gariidha kessattu alaa yeroo Amma fakkaata
@kumaad2904
@kumaad2904 11 ай бұрын
Oromoo koo Tokkummaa kenyaa ittii haa fufuu ❤❤❤❤❤❤❤
@haadhaakoomaariyami833
@haadhaakoomaariyami833 Ай бұрын
Dhugaa bayyee namati tolaa jabadhaa oromo koo🥰🥰🥰🥰🥰
@MixuTasfaye
@MixuTasfaye Жыл бұрын
Filimichi garidha garu shawani gizatu balese ooooo namichoo yiiii jecha
@HundaCaltu
@HundaCaltu Жыл бұрын
😂😂😂
@user-hl9wq6rk4s
@user-hl9wq6rk4s Жыл бұрын
Dhugaa baayyee natti dhagahame diraamaadha jedhee amanuun dadhabe❤hojii kana caalu isin irraa eegna
@birkibirki3052
@birkibirki3052 Жыл бұрын
Wow Barumsa guddadha Galatoomaa 🙏🙏
@dachaasngussa6282
@dachaasngussa6282 Жыл бұрын
Jabaadha Do’ii bareedaadha❤❤❤
@user-jb6sn7yx6k
@user-jb6sn7yx6k Жыл бұрын
Diramaa Dinqiidhaa 😢😢Uuufuu Isuumaa Amma Oromooko Tahaa jiraniidhaa Yaa waqakooo😢😢😢😢
@dnkjesusislorddnk1130
@dnkjesusislorddnk1130 Жыл бұрын
Hedduu namatti tola jabaadha qomoo koo ❤💚
@ayuti4499
@ayuti4499 11 ай бұрын
Imimmaan cobsa ilaalee 😢😢💔💔💔😭😭 Jabaadha Orommo koo💔 Erga gudda of keessa qaba!
@demeto5737
@demeto5737 11 ай бұрын
Jabadhaa obbolota koo ❤❤
@finiinaafinfinnee9776
@finiinaafinfinnee9776 Жыл бұрын
Heedduu hedduu namatti tola dhugaa jajjabaadhaa jajjaboo Koo 💞💞 Fiilmii baayyee namatti toluudha . Yeroo itti aanu ykn fiilmii itti aanu magaalaa finfinnee wallaakkaatti akka nuuf hojjattan abdiin qaba Oromoo waljajjabeeaaaan dhaamsa kiyya 🙏🙏🙏🙏❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️
@waqayyooabdiikootti5661
@waqayyooabdiikootti5661 Жыл бұрын
Jabadhaa oromoo koo❤❤❤❤❤
@mesertkiya-hn1pf
@mesertkiya-hn1pf Жыл бұрын
Oh film bayyee natti tolee ❤❤❤
@SiyoumMengistu-dc2vn
@SiyoumMengistu-dc2vn 11 ай бұрын
It's the best one film,to continue like this ❤️❤️❤️
@milkesagemechu9439
@milkesagemechu9439 Жыл бұрын
sa'aatii 1: fi daqiiqaa 26f baayyee itti gammadde, Dandeetii addaati, I am really proud! I would be more very happy if the ending could be in different way! Over all Hojii ajaa'ibaati! Being from my home town (Caancoo) ta'uun ammoo ittuu daran na boonsitan.
@singitansalaletube
@singitansalaletube Жыл бұрын
Hedduu galatoomaa film ajaa'ibaa
@asmaaabdii1348
@asmaaabdii1348 Жыл бұрын
Wel come bagaa nagaan dhuftan ❤❤❤❤❤
@AboMazn-vn7mz
@AboMazn-vn7mz 6 ай бұрын
Jajabadhaa qaliwanii ❤❤❤❤
@seenaaseefuu1502
@seenaaseefuu1502 8 ай бұрын
Wowo Bagaa Nagan Dhuftan ❤❤❤🎉🎉🎉
@proggenius2024
@proggenius2024 Жыл бұрын
Ni bareeda, jabaadhaa.
@serkalemebisa6178
@serkalemebisa6178 Жыл бұрын
Wowow waan baayee nama barsisuudha nuuf jabaadhaa❤❤❤❤❤
@lalisebelayi5562
@lalisebelayi5562 11 ай бұрын
wowo jabaadha qaliiwwan orokooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@hirqheetasafayeetasafayee4181
@hirqheetasafayeetasafayee4181 Жыл бұрын
Amaa dhumatii dawadhee dhumaa iratii garuu edoo 😭😭😭😭😭
@adamahmed1788
@adamahmed1788 11 ай бұрын
Jabadha jajabewwaan oromoo❤❤❤❤❤
@xuureeworqinafufaa6195
@xuureeworqinafufaa6195 Жыл бұрын
Filmi aji'bbatii jabbaadhaa itti fufaa ❤❤😢
@fikirtealemayehu6592
@fikirtealemayehu6592 Жыл бұрын
Wow filemi namati tolu galatoma❤❤❤❤❤❤
@fatiya6314
@fatiya6314 Жыл бұрын
Jabadhaa ❤❤❤
@bozabozaboxa1105
@bozabozaboxa1105 11 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤senaa guddaa qabaa 😢😢❤❤
@user-em4ct8nc4e
@user-em4ct8nc4e Жыл бұрын
Jabaadha dhugaa garuu naa boochiise ❤😢😢😢
@dessialiy7600
@dessialiy7600 7 ай бұрын
Aano Hoo Oson fiilmi Ta'uu beeku Mafin Walin boyee Dhugaa bayyee Namati Tolaa jabadha❤️❤️💔🥹
@sinbooshawaa4307
@sinbooshawaa4307 Жыл бұрын
Welcome
@fedhiwalga7845
@fedhiwalga7845 Жыл бұрын
Wow amazing film !jabaadhaa qomookoo❤❤
@WasiiTesfayee-vu6bi
@WasiiTesfayee-vu6bi 5 ай бұрын
B.B.B.namatii tolaa dhugaa dubachudhaf..oromoo koo jabadhaaa❤💚💪💪💪💪
@rabumaabate7242
@rabumaabate7242 Жыл бұрын
Amma Reefuu, Hojiin Hojjetamuu Eegalee! Eebbifamaa!
@Motivatetheworld123
@Motivatetheworld123 10 ай бұрын
Fiilmii ajaa'ibaati. Jabaadhaa; kanuma caalaa cimsaa itti fufaa.
@fhhvhh5757
@fhhvhh5757 11 ай бұрын
Bayye namati tolaa ijolle kenyaa oromo jabadhaa jabaa ofii abbatu jabefataa mittire ❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@user-nt4dl5lz6i
@user-nt4dl5lz6i Жыл бұрын
Waaw Hojjii Bareeda Jabaadhaa❤❤❤❤❤❤
@hirqheetasafayeetasafayee4181
@hirqheetasafayeetasafayee4181 Жыл бұрын
My oromiyaa love you 😢❤❤❤❤
@KulleeAddunyaa-qz9et
@KulleeAddunyaa-qz9et Жыл бұрын
Uuuffiii dhumaa irraati baay'ee tokkoo namaa gaddissaa😢😢😢😢😢
@DanalBaysaa
@DanalBaysaa Ай бұрын
Dhumnii isaa bayyee namitii tolaa garuu hawinii du,uu ishetii bay,enii gadee garuu firimsaa fi hatii manaa fi Abanii waraa gaajesunii Kee bayee natii tolee garuu du,AA Awitii bay,ee tokonii gadee😭😭😭😭😭😭
@yawahremedia8569
@yawahremedia8569 11 ай бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢Dhugaa waan hedduu nama barsisaa, kessayuu qabenyaaf jechaa lubbuu balesuuf yaluun badii guddaa ta'uu saa nama barsisaa Itti nuuf fufaa ebbifamaa film baredaadha
@FurtuuTV
@FurtuuTV Ай бұрын
Jabaadhaa oroo koo
@FatimaAhmed-uj4zg
@FatimaAhmed-uj4zg Жыл бұрын
Jabadhaa oromoo koo bayee baredaa itti fu.faa
@bikiladeneka8454
@bikiladeneka8454 Жыл бұрын
Wow good job! got it!
@dagaaysaatube4066
@dagaaysaatube4066 7 ай бұрын
Hedduu hedduu takka namatti tola Itti fufa of duuba hin deebi'ina❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Isinan jaaladha lammiiko❤
@sabontuutube5232
@sabontuutube5232 11 ай бұрын
It is the best filmii and histiry true so continue
@AyyuuG-ph7by
@AyyuuG-ph7by 10 ай бұрын
Ijjiguu 👌 Filmii Aja'ibaattii jaabadha
@dimtustar7620
@dimtustar7620 Жыл бұрын
Oromoon afaan koo afaan federalaa hata'uu male, akka afaan isaa hin jaallanne fiilmii Afaan Oromoo yeroon ilaale naaf gala. Oromoon of dagachaa jira boodatti woll hanbisaa jira. Fiilmii amariffaa jala oola. As garuu hin jiru.🤦‍♂️
@ashenafibekeleofficial4453
@ashenafibekeleofficial4453 10 ай бұрын
Wooooow 1faa dha dhugaa👍🙏
@dastuutube3737
@dastuutube3737 Жыл бұрын
Jabadhaa wan baredadhaa❤❤❤😢😢😢
@user-dm1ii2li4u
@user-dm1ii2li4u Жыл бұрын
ይሄነው ፊልም❤❤❤❤❤ የጫንጮ ኩራቶች🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@onedayfilmproduction
@onedayfilmproduction Жыл бұрын
🙏🙏🙏🙏🙏
@genettesaye1377
@genettesaye1377 Жыл бұрын
❤❤❤❤❤
@MixuTasfaye
@MixuTasfaye Жыл бұрын
Chancho koo😂😂😂
@hawihawi5539
@hawihawi5539 Жыл бұрын
Jabadhaa ❤❤❤❤❤❤❤
@user-pn7tu2oi2t
@user-pn7tu2oi2t 5 ай бұрын
Oh shawangizaw ❤❤❤❤
@kumaad2904
@kumaad2904 11 ай бұрын
Ebbifamaa ittii fufaa bayyee namattii tolaa ❤😢😢
@user-dt2sl7vy4c
@user-dt2sl7vy4c 8 ай бұрын
Woo! Nuf jabaadha.
@dadhittiidrinttallaawallag5671
@dadhittiidrinttallaawallag5671 11 ай бұрын
Jabbadhaa oromoo😢❤
@BirhaneTasfaaye-kt3qe
@BirhaneTasfaaye-kt3qe Жыл бұрын
Wawoo bayee namatii tolaa itii fufaa 😢❤❤❤❤❤
@user-ee4cg3wq7z
@user-ee4cg3wq7z Жыл бұрын
Amezing shawan gizawu
@خديجةحسن
@خديجةحسن 12 күн бұрын
Sibaa adisii jalaa❤❤
@ZahraZahra-po9et
@ZahraZahra-po9et Жыл бұрын
fiilmii laaluun nattii hin toluu tuu dhuugaa duubbachuuf fiilmii kana yeroon ilaaluu yerootuu nattii xiqqaatee.yeroo faashiinsaa fiilmiin EELAA Jedhuus baayyee namattii.guddaa galatoomaa.
@gefersamerga8857
@gefersamerga8857 Жыл бұрын
Ijoollee xixxiqqoo kana jabaadhaa guddisaa baayyee namatti tola
@user-dq5xn6uq6c
@user-dq5xn6uq6c 11 ай бұрын
Jabadha bayy ee garridha❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@masiioro1859
@masiioro1859 11 ай бұрын
🎉🎉🎉 jabadha❤
@helen-wu8fb
@helen-wu8fb 10 ай бұрын
Na bosistaan dhugaa jabadhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ namati tolaa dhugaa
@dnkjesusislorddnk1130
@dnkjesusislorddnk1130 Жыл бұрын
Uuuuuufff 😢❤
@sabboontuuyoutube2148
@sabboontuuyoutube2148 Жыл бұрын
Wawo ❤❤❤❤❤❤
@nafiletbiranu
@nafiletbiranu 9 ай бұрын
Uuuuuuuuufff 😭😭😭 bayyee nama gaddisisaa dhugaa
@daroowallagga5743
@daroowallagga5743 11 ай бұрын
Gurbaa inni tokuwandoo iyyan nuu fixee 😂 Hundafuu jabbadha🎉🎉🎉🎉
@lenchoshumi1287
@lenchoshumi1287 Жыл бұрын
Bayy'ee namattii tolaa ....... nuff jabadhaa.
@qanani1234
@qanani1234 10 ай бұрын
Baye namati tolitani jabadha my oro ❤❤❤❤❤❤
@bontuunaggasaa
@bontuunaggasaa 5 ай бұрын
Imiman qabachun dadhabee bayee namatii toltuu 💘💘💘💘
@tamiratfikadu8065
@tamiratfikadu8065 Жыл бұрын
Wow great job!!! Jabadha itti fufa....
@rahemaal1615
@rahemaal1615 Жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@fayeramakobili8604
@fayeramakobili8604 11 ай бұрын
I lovet it❤ nan booye garuu😭
@user-qu2oi4bb5u
@user-qu2oi4bb5u 7 ай бұрын
Jabadha ijolle oromo
/በስንቱ/ Besintu S2 EP.45 "አማረኝ" pt.2
34:22
ebstv worldwide
Рет қаралды 126 М.
One moment can change your life ✨🔄
00:32
A4
Рет қаралды 34 МЛН
100❤️
00:19
MY💝No War🤝
Рет қаралды 23 МЛН
Boyvachcha kelinim (O`zbek kino) Бойвачча келиним
41:37
PANORAMA FOX KINOKOMPANIYA
Рет қаралды 23 М.
Hojjataa Diishii bultii nama diige! daawwadhaa
17:46
Lookoo Tube
Рет қаралды 106 М.
"Diina Bultii Diraamaa Afaan Oromoo - Roras Tube (2023)"
32:01
Roras Tube
Рет қаралды 94 М.
ሩታ የእርግዝናውን መልስ ሰጠች.አብርሽ ደስተኛ ሆነ🙈❤️
21:46
SIINAN FIILMII AFAAN OROMOO HAARAA 2023
1:46:35
Olbirat entertainment
Рет қаралды 786 М.
Света стала квадробером! Часть 5 #shorts
0:39
Настя AmyMyr
Рет қаралды 1 МЛН
POV Joy Hero | Episode 16 Inside Out 2
0:15
GeMiN YT
Рет қаралды 6 МЛН