Ethiopia:Andualem Gosa Stage Performance In Oda Award

  Рет қаралды 137,570

Kiyyaa Media

Kiyyaa Media

5 жыл бұрын

Пікірлер: 216
@sanyiijawaarmohammedsanyii5090
@sanyiijawaarmohammedsanyii5090 5 жыл бұрын
Mee namni mucaa kanaa jalataanii akkaa koo kanatti like itti roobsaa rabbii sii haa guddisuu jedhaa hacaalu xiqqa
@weyzendiro3173
@weyzendiro3173 5 жыл бұрын
maqansa enyuu
@user-sh1jc5fi4u
@user-sh1jc5fi4u 5 жыл бұрын
Wow
@sanyiijawaarmohammedsanyii5090
@sanyiijawaarmohammedsanyii5090 5 жыл бұрын
@@weyzendiro3173 maqaa andulam gosa jedhama kkkkkk
@sanyiijawaarmohammedsanyii5090
@sanyiijawaarmohammedsanyii5090 5 жыл бұрын
@@user-sh1jc5fi4u galatooma
@weyzendiro3173
@weyzendiro3173 5 жыл бұрын
+sanyii jawaar mohammed sanyii jawaar mohammed Tole galtomii wana jaladhefi matti fakkata maqansa natti mulchuu dideem kkkkkk
@firaoldefera5895
@firaoldefera5895 4 жыл бұрын
Nufi jiradhuu rigicha sabaa ofii i love you to mee warii funduri kenyaa bilisumaa jetani like tuqa adaraa kesani rabbi jedhati
@haniyyeeshow7570
@haniyyeeshow7570 4 жыл бұрын
Yaa Allah atti imimani oromoo inuma argitaa atti dhigaa oromoo inuma argitaa mee gahe nuuni jedhi yaa Rabbii oromiyaa bisisoomsi🤲🤲🤲
@amidasultan9855
@amidasultan9855 4 жыл бұрын
Mee namin kaa Kiyaa dinqisifatan rabbii Ija Dina iraa nuf qabi jedha
@firiwagossaye655
@firiwagossaye655 4 жыл бұрын
Akkaan Sii Jaluu Waan Ofii Koo💚💚💖💖💚💚
@elsuu3983
@elsuu3983 5 жыл бұрын
Haccalu xiqaaaa ❤ love you
@fayoomuhamed3841
@fayoomuhamed3841 5 жыл бұрын
Nutis si jalana lencaa oromo.
@sahra4091
@sahra4091 5 жыл бұрын
I'm in love with Oromo men. man oh man good looking, taller slender, stronger, muscular, attractive, romantic, elegant, generous, gentle and educated.
@lol-rg3gy
@lol-rg3gy 5 жыл бұрын
@Waaqeffannaa Community haha
@tomwie3253
@tomwie3253 3 жыл бұрын
I like this guy really even if i cannot hear the Language. Betely" Michuu dhugaa"✌💙
@adisuabera5326
@adisuabera5326 5 жыл бұрын
I like this person Andualem.....new hacalu is cooming for oromo peaple!!!!!!jabadhu
@meemee2328
@meemee2328 4 жыл бұрын
haacalu xiqqaa I love yuo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤saabonaa ilmaa abbaa gaada
@aliyaaliya3051
@aliyaaliya3051 3 жыл бұрын
🥰
@nadiakemal8433
@nadiakemal8433 5 жыл бұрын
Baga ittiin sigahe , nutis sifaana itti geenye. Fuulduratti jedhi hin dhaabin. Garuu ani artistoota yoo akkanatti argu dafee Eebbisaa Addunyaa kan kichuu citee hafe san yaadadha biyyeen ana haanyaatu😭😭😭😭
@sabontuushawaa2003
@sabontuushawaa2003 5 жыл бұрын
Nadia Kemal caraa maal godhuu jetetii
@motimekonnen366
@motimekonnen366 5 жыл бұрын
Guddadhu atiis akka warraa dinqisiifattee sana ta'i caalii argami.
@halimaa-re6kw
@halimaa-re6kw Жыл бұрын
Anii haa dhufuu bagaa dhuftee lèencichaa kooo
@fatiyahashim182
@fatiyahashim182 4 жыл бұрын
❤💚❤💚❤🌳✊hacenii amasi jiraa 😥😥
@sanyiijawaarmohammedsanyii5090
@sanyiijawaarmohammedsanyii5090 5 жыл бұрын
Saboona mucaa akkaa haacaaluu nu ta,ii atillee hammilee kee namaa tolaa
@ftthff8521
@ftthff8521 3 жыл бұрын
dhugaaa.acceee2faaa
@asnakoasnako1004
@asnakoasnako1004 3 жыл бұрын
Jabadhuu sanyii hacee
@hawii...hawiii2497
@hawii...hawiii2497 3 жыл бұрын
Hacee lamani nufi dhalatee galanii hadhaa desee ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🐅🐅🐅🐅💯💯💯💪💪💪💪 nufi jiradhu
@chaltulemi1879
@chaltulemi1879 5 жыл бұрын
Andiyye Jajjabe ko dhugati hacce xiqadha ATI jaabadhu iti nufufi 💕💕💕❤️❤️🎸🎸🎸🎸🎧🎤🎤👍👍👍👍
@shaikhaalshehhi4696
@shaikhaalshehhi4696 4 жыл бұрын
Wawwoo wawwoo best brother ❤️ 💚 ❤️ 💚 ❤️ 💚 ❤️ 💚 ❤️ 💚 ❤️ 💚 ❤️ 💚 Hacee keenyaa isa lamafaa
@zubeyadaarsiirobe8768
@zubeyadaarsiirobe8768 4 жыл бұрын
Hacee xiqaa nu jiradhuu sittii obasana haccee
@melattube4817
@melattube4817 4 жыл бұрын
Nuf jiradhu saanyi Koo♥️♥️♥️♥️
@geniitube2738
@geniitube2738 3 жыл бұрын
Wwww Anduu keenyaa umuuri nuf dheeradhu hamtun sin arginii gaariin sin darbiin
@fatumakeledi8609
@fatumakeledi8609 Жыл бұрын
not just you all our reminder who we are ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@oromiyaatiyaabiyaasirinaag1031
@oromiyaatiyaabiyaasirinaag1031 3 жыл бұрын
Jabaa koo nuf jiradhuu ❤💚❤💪💪💪💪💪💪💪💪💪💚❤💚
@abebebiru4811
@abebebiru4811 2 жыл бұрын
Satisfactory Ethical Conduct and respect towards your audiences particularly those of elders and professionals. Lovely!!
@cellphoneshop7457
@cellphoneshop7457 4 жыл бұрын
Haacee xiqoo koo l Love you ❤
@fatiyahashim182
@fatiyahashim182 4 жыл бұрын
Andalam sagaleni isaa sagalee hacee fakataa ❤💚❤😥😥😥✊💪
@fatumakeledi8609
@fatumakeledi8609 Жыл бұрын
Abba keee tii rabbi nii haaa arara muu haaa dha keee uu miii rii siii fiii haaa dhe reee suuu faaa yaa waa jiii nii ❤❤❤❤
@aminaaoromo1673
@aminaaoromo1673 4 жыл бұрын
Woow weelcom sanyii gotaa ❤💓💓
@yosefalenezy7946
@yosefalenezy7946 4 жыл бұрын
Anii dhugaa bay'ee jalaadhaa hagaa hacee dhabbee jabbadhuu 💔💜urmaadhuu nuu dheeradhuu
@meazadesalegn7346
@meazadesalegn7346 3 жыл бұрын
Jabadha sanyi oromo jiiradha
@shantyalkaabi1380
@shantyalkaabi1380 5 жыл бұрын
Wow yamral yene.konjo ❤❤❤❤
@mylifeisjeses6599
@mylifeisjeses6599 5 жыл бұрын
Malokaa namni mucaa kana bekitaan adaraa rabbii lakkofsaa isaa naf kena yoo oboleti qabataan jalalli irra na qabe bayee dhiphadheraa
@islam.nw.hiwotejanet.nw.me7317
@islam.nw.hiwotejanet.nw.me7317 4 жыл бұрын
Kkkkkkkkkk.wayyooo.kolfaan.na.ajjeftee cabibbo.jalalli.erra.si.qabee.🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@fathimafathima1908
@fathimafathima1908 5 жыл бұрын
Nuuf jiraadhuu saanyiikooo❤️❤️
@fanafana3665
@fanafana3665 3 жыл бұрын
Gotta kenyaa umrii siif haa dheeraa
@yosefalenezy7946
@yosefalenezy7946 4 жыл бұрын
Rabbii hamtuu siraa haa qabuu
@tajhamadeh6461
@tajhamadeh6461 3 жыл бұрын
Nufii jiradhuu Sanyii Aceee
@salls8766
@salls8766 5 жыл бұрын
Qeerroo Keenya jabadhuu ❤💚❤👌👌🎷🎻🎷🎺🎤🎵🎵🎵💯💯
@seenaagirmaa5694
@seenaagirmaa5694 5 жыл бұрын
Uuuuuuummmmmmmmpppppppphhhhhhh gotaa koo haccaaluu xiqaa
@jimmasokkorusokoru1497
@jimmasokkorusokoru1497 4 жыл бұрын
Wwwwwyyyyyeee hacceee xiqqaa nufii jiradhuu adaraa eggadhuu rabbiin sihaaeguu
@eskinderteshome9681
@eskinderteshome9681 4 жыл бұрын
He voice similarity with telahune gessese
@fatrihoyebetsabochenhadara7366
@fatrihoyebetsabochenhadara7366 5 жыл бұрын
Wow baaye namati toltaa sabaa koo ufffffffff urmiii dheraaaaaaaaaa sii yaa keenu
@belayneshteshoma7349
@belayneshteshoma7349 3 жыл бұрын
waqayyoo Dinaa sira haaa qabuu uuufffff habbaa biyyee isinuu
@boonttuwalloo9852
@boonttuwalloo9852 5 жыл бұрын
akkasi ee jajjabee sanyii gootaa jabaadhu gara fulla duraa waan baay'ee sirra egna
@bontuugadaa9446
@bontuugadaa9446 5 жыл бұрын
Qashattii
@taibagalatomisabonaprimo5153
@taibagalatomisabonaprimo5153 5 жыл бұрын
mucaakun nama bonsa dhugaa
@aygtube1571
@aygtube1571 5 жыл бұрын
wow amazing stage performance (sitti yaa baru )
@michealtesfay1234
@michealtesfay1234 5 жыл бұрын
Great music
@hawishegena8815
@hawishegena8815 3 жыл бұрын
ere i love it
@magartuualemu5408
@magartuualemu5408 5 жыл бұрын
Egabehal tinishu hacaluu
@helinaasrat3186
@helinaasrat3186 5 жыл бұрын
You are so sweet
@anunegniyebetasabochetenaf1057
@anunegniyebetasabochetenaf1057 5 жыл бұрын
Uuufff akkan si jaaladhu saboonaa ofi 😍😍
@abdiahmad757
@abdiahmad757 5 жыл бұрын
dhugaa waaqaa sirraa tola wanti hundi jabaadhu sanyii koo sin-jaaladha
@santysanty923
@santysanty923 4 жыл бұрын
Yene konjo weddddd ❤️❤️❤️❤️❤️❤️👍👍👍👍👍👍
@rahimarahima7560
@rahimarahima7560 5 жыл бұрын
Rabbii isii haa gudiisuu amale gudadhuu gota kenaa ijii badanii sii argiinii💪💪💪💪👍👍👍👍🙏🙏🙏🙏❤️❤️💚💚❤️❤️🌹🌹🌹🌹💯✅
@alfiahassenalfia5560
@alfiahassenalfia5560 5 жыл бұрын
Anduyen dhalata naannoo kamiti
@besufikadbelye7487
@besufikadbelye7487 4 жыл бұрын
እኔ ሳውቅህ ገና ያኔ በልጅነት በእንተ በር ላይ ሳልፍ ድምፅህን እየሰማው ለዚህ ደረጃ እንደምትደርሰ አውቅ ነበር እኔ በማውቅ በድሮ አመልህ ቀጥል ሰው አክማሪ መሆንህን አውቃለው በርታ እንድገትህን ሳይ በጣም ደሰ የሚል ሰሜት ይሰማኝል ዘፈንህንም አይቼዋለው ሰምቻዋለው ጥሩ ነው
@robaayano6987
@robaayano6987 4 жыл бұрын
Proud oromuma
@gummaabassii5850
@gummaabassii5850 2 жыл бұрын
Your tender was deeply touching.
@layilaatube5552
@layilaatube5552 4 жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤❤ hacee xiqaa nujiradhuu rabbii sihaa eguu
@abduselammohammed6963
@abduselammohammed6963 5 жыл бұрын
we need full vedio
@naimaahajjii3135
@naimaahajjii3135 4 жыл бұрын
Haccee 2ffffaaa
@samasamaa8596
@samasamaa8596 4 жыл бұрын
Wwwooo.sanyii❤❤❤❤❤👍👍👍
@moroccobangladesh5347
@moroccobangladesh5347 5 жыл бұрын
Wowww
@naseemasaif1945
@naseemasaif1945 2 жыл бұрын
Congratulations 👏
@najatmohamed8514
@najatmohamed8514 5 жыл бұрын
Kormee ko Jajjabe Akkasi baga rabbi kanan si gahe nus ittin gahe
@yosefalenezy7946
@yosefalenezy7946 4 жыл бұрын
Wolahii hacee sii obsaa jiraa jabadhuu 💔
@fireenadhii4764
@fireenadhii4764 5 жыл бұрын
wawoo ummurii dheraadha baay,ee barredu
@peaceandlove8535
@peaceandlove8535 5 жыл бұрын
Super cool
@asteraster8988
@asteraster8988 4 жыл бұрын
aduuyee Love you
@ncell8114
@ncell8114 4 жыл бұрын
Uuuuuuu betam betam new mewodek andu love you
@helenheli8281
@helenheli8281 4 жыл бұрын
Yene konjo 💃
@caaltuufiraol.5603
@caaltuufiraol.5603 5 жыл бұрын
Wowwww😍😍❤❤❤❤❤💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓
@bayisanugusa8893
@bayisanugusa8893 5 жыл бұрын
Hacaalu 2ffaa,jabaadhu
@zaharakurkura688
@zaharakurkura688 5 жыл бұрын
yes
@sifanishowasdfghj3845
@sifanishowasdfghj3845 5 жыл бұрын
wwwwwwwwww tokkichaa akka kumaa umirii dherdhuu qoomo
@user-ov4oe4uk2h
@user-ov4oe4uk2h 5 жыл бұрын
good best 😍😍😍👊👊👌👌👌👈
@destamamo4895
@destamamo4895 5 жыл бұрын
Wooooooow yaa saabaakooo
@dasitaijaaraa2680
@dasitaijaaraa2680 3 жыл бұрын
Naaf jiradhuu gotaa kenyaa 💘💘💘💖💖💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
@meyremaedris8627
@meyremaedris8627 4 жыл бұрын
Jabaadhuu
@munaayyeshaggejimma3667
@munaayyeshaggejimma3667 3 жыл бұрын
Mee jjajjabadhu iddo hacee built immimman Kenya qorsime
@bizuneshqatar146
@bizuneshqatar146 Жыл бұрын
Best Koo
@jananballout4037
@jananballout4037 4 жыл бұрын
jabaadhu jabaa saba
@zawudituujimaa7212
@zawudituujimaa7212 2 жыл бұрын
Wwwwwwooowwww💚❤💚❤💚❤💌💞💪
@selamlove3421
@selamlove3421 5 жыл бұрын
🍃❣️❣️❣️❤️❣️❤️❣️❤️
@gngn6073
@gngn6073 5 жыл бұрын
Wwooww yes 😢
@ahmadoussiely6726
@ahmadoussiely6726 5 жыл бұрын
Ijaraa Hanoi Sabina o romoo kanji amaa kesannii Oslo bayattee dhalattee maloo👍👍👍👍💔👄👄👄👄❤💘
@destamamo4895
@destamamo4895 5 жыл бұрын
yaalaamii koo naafaa jiiraadhuu
@biruktayetwarku5881
@biruktayetwarku5881 5 жыл бұрын
Jabadhaa qeroo oromoo bayyee namaatii tolltuu
@faaxeeaggaroo2694
@faaxeeaggaroo2694 4 жыл бұрын
Jabbadhu gotta koo ❤❤
@fidaakaabiiwaummiiyaar5636
@fidaakaabiiwaummiiyaar5636 5 жыл бұрын
waaw baayyee sijaalanna jabaadhu garuu atif hacaalun maal waliiti
@nadiakemal8433
@nadiakemal8433 5 жыл бұрын
Oromoodha .
@salamnaggas9814
@salamnaggas9814 4 жыл бұрын
Woooooow andu jabadhuu
@frehiwatmulugeta7974
@frehiwatmulugeta7974 4 жыл бұрын
Yene marr
@bifetuoroom269
@bifetuoroom269 5 жыл бұрын
Wowoowow
@abrhamaleemu3546
@abrhamaleemu3546 5 жыл бұрын
wow dese setelu
@loranskhater5018
@loranskhater5018 4 жыл бұрын
Wowwwwww
@zahraabdo9944
@zahraabdo9944 5 жыл бұрын
woow
@a.a8533
@a.a8533 5 жыл бұрын
Esweet
@fatumamohamad9779
@fatumamohamad9779 4 жыл бұрын
Wow booossaakoo
@user-ko3gz3us7e
@user-ko3gz3us7e 5 жыл бұрын
Nuufiii Gudhaadhuuuuu Bayyee Sii Jalaadhaaa Uuuuuuuuuphaaaaa
@user-em3hi4lu7l
@user-em3hi4lu7l 3 жыл бұрын
የዘድሮ አዲስ አመት እዴት እዳስጠላኘ አጩኮ
@siifanammallee7326
@siifanammallee7326 5 жыл бұрын
Dhugadhaa.gotaa.kenyaa. Akasii.qqeerroo
CocaCola Super Star Andualem Gosa Sings Ali Birra's Gamachuu | Top 10
9:17
Became invisible for one day!  #funny #wednesday #memes
00:25
Watch Me
Рет қаралды 53 МЛН
THEY made a RAINBOW M&M 🤩😳 LeoNata family #shorts
00:49
LeoNata Family
Рет қаралды 30 МЛН
🤔Какой Орган самый длинный ? #shorts
00:42
Yomiyu's best live performance at 6th Oda Award
12:06
Nest
Рет қаралды 29 М.
Bilillee | Andualem Gosa | New Oromo Music Video 2024
5:46
Andualem Gosa
Рет қаралды 6 МЛН
Mergitu Workneh obomboleettii Reaction video..
11:33
jahnny
Рет қаралды 96 М.
Became invisible for one day!  #funny #wednesday #memes
00:25
Watch Me
Рет қаралды 53 МЛН