Fiilmii Afaan Oromoo haaraa Milkii 2022 [Milki New Afaan Oromo Film/Ethiopian Oromo Movie 2022]

  Рет қаралды 516,592

Dr Nafyad Getu Official

Dr Nafyad Getu Official

2 жыл бұрын

Milkiin Fiilmii Afaan Oromoo dorgommii badhaasa Odaa ykn Odaa Awardiif dhiyaate turedha.
New Ethiopian Oromo film 2022
New Oromo music 2022
new Afaan Oromoo comedy
New Amharic movies/films
Keekiyyaa badhadhaa
Bunee
diraamaa afaan oromoo haaraa
Kekiya bunee
daadoo new oromo music
dinkisa debela
egaa tole tole
yaa habeebee
Join this channel to get access to perks:
/ @drnafyadgetuofficial

Пікірлер: 639
@DrNafyadGetuOfficial
@DrNafyadGetuOfficial 2 жыл бұрын
Akkam jirtu kabajamtoota hordoftoota keenya. Fiilmii isin Abdii guddaan eegaa turtan gadi dhiifameera! Yeroo baayyee fiilmiin Afaan Oromoo qulqullinaan hojjetaman akkasii KZfaq irratti gadi hin dhiifaman. Fiilmii kana ilaaluun Aartii Oromoo jabeeessa! 1. Download gochuun osoo hin taane KZfaq irratti ilaalaa 2. Beeksisa giddu gidduutti dhufan skip utuu hin godhin ilaalaa 3. Erga ilaaltanii booda karaa Facebook, youtube fi group garaagaraa kewssatti maxxansaa! 4. Viidiyoon kun copyright protected waan taheef deebisanii download KZfaq fi Facebook irratti fehuun account keessan isin jalaa ugggursiisuu dandaha
@TheEntertainingRefugee
@TheEntertainingRefugee 2 жыл бұрын
Pin godhikaa
@abrisho38
@abrisho38 2 жыл бұрын
Baay'ee filmii bareedadha quality isaa
@fayeralikisa2586
@fayeralikisa2586 2 жыл бұрын
haayyee DR
@martagemeda3284
@martagemeda3284 2 жыл бұрын
Tolee qoomo koo dhugaa jeete ijjolleeni bayyeeni kaani namni dhadhabee hojjete yutubi irraa busanii kara titoki fi fb irraattii maxxansuu oso waali yadannii gaaridhaa yoisi artiini kenyaa guddataa doggogoraa jiruffii dhiffaama
@tufahor6768
@tufahor6768 2 жыл бұрын
Ok
@drnahomgirum1379
@drnahomgirum1379 2 жыл бұрын
Fiilmicha jaaladheera! Namoonni ilaaltanii jaalattan liinkii isaa social Media garaagaraa irratti share gochuun namoota baay'ee bira akka gahu gochuu hin dagatinaa. An share godheera 🙌
@Hayyuumedia
@Hayyuumedia 2 жыл бұрын
yadda garidha
@belayneshtube2582
@belayneshtube2582 2 жыл бұрын
@@Hayyuumedia matii nafii ta.ii maloo
@Dawit_Chala
@Dawit_Chala 2 жыл бұрын
nahom fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu. kzfaq.info/get/bejne/qrFdntylta2-p6s.html
@haweetube4926
@haweetube4926 2 жыл бұрын
Maatii naf taii keenaa ko ❤️❤️🙏🙏
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please nahom
@karoabebe1441
@karoabebe1441 2 жыл бұрын
fiilmiin kuni ballinaan ilaalamuu qaba. nutis fiilmii alagaa dhiifnee kan keenya ilaaluu amaleeffachuu qabna. kanaafis like, share fi comment gochuun hadeggerru
@aminaamina4243
@aminaamina4243 2 жыл бұрын
baayee gaaridha
@aminaamina4243
@aminaamina4243 2 жыл бұрын
itti fufaa
@haweetube4926
@haweetube4926 2 жыл бұрын
Maatii naf taii keenaa ko ❤️❤️🙏🙏
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please karo
@qubee-tech
@qubee-tech 2 жыл бұрын
Wow wow hojii addaati, jabaadhaa qaaliwwan keenya!
@haweetube4926
@haweetube4926 2 жыл бұрын
Maatii naf taii keenaa ko ❤️❤️❤️🙏🙏
@seenuquneofichalii6487
@seenuquneofichalii6487 2 жыл бұрын
Wowow jajabewani ijolee oromoo jabadhaa ammayuu ganaa wani gudaa hojetuu ❤️❤️💪💪💪💪 Matii naafi tahaa orodofiton nafyad getuu 😑😍
@RoyalTeam1290
@RoyalTeam1290 2 жыл бұрын
Maati naaf ta'i pleas
@belayneshtube2582
@belayneshtube2582 2 жыл бұрын
@@RoyalTeam1290 matii nafii ta.ii maloo
@Dawit_Chala
@Dawit_Chala 2 жыл бұрын
senu fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu. kzfaq.info/get/bejne/qrFdntylta2-p6s.html
@RoyalTeam1290
@RoyalTeam1290 2 жыл бұрын
@@belayneshtube2582 Ani maati ketii
@haweetube4926
@haweetube4926 2 жыл бұрын
Maatii naf taii keenaa ko ❤️❤️❤️❤️🙏🙏
@sinbonitube7507
@sinbonitube7507 2 ай бұрын
heddu namati tola diraama barumsa qabudha jabbeessa itti fufaa qomoowan koo ❤❤
@student6562
@student6562 2 жыл бұрын
♥️♥️♥️♥️ Utuu akkasitti gad-dhiistanii kan ormaatiin waan dararamnuuf hin qabnuum.
@haweetube4926
@haweetube4926 2 жыл бұрын
Maatii naf taii keenaa ko ❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏
@student6562
@student6562 2 жыл бұрын
@@haweetube4926 Sii godheera
@haweetube4926
@haweetube4926 2 жыл бұрын
@@student6562 ishii hubbatuu koo galatoomi sanyiikoo anis maatii sif taerraa ❤️❤️🙏🙏🙏🙏
@hawwiijesus201
@hawwiijesus201 2 жыл бұрын
Baayee namati tolaa jabaadha itti fufaa qaaliiwwan keenyaa dhugaa hojii baayyee bareedadha ❤️❤️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️❤️❤️
@haweetube4926
@haweetube4926 2 жыл бұрын
Maatii naf taii keenaa ko ❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏
@joobiratube
@joobiratube 2 жыл бұрын
Baga nagaan dhuftan Jaba crew. Milkii jiruu bareedaadha. Itti nuuf eebbisaa
@fayeramakobili8604
@fayeramakobili8604 2 жыл бұрын
Fiilmii bareedaadha dhugaa, waan jajjabeeffamuu qabudha❤❤❤
@haweetube4926
@haweetube4926 2 жыл бұрын
Maatii naf taii keenaa ko ❤️❤️🙏🙏
@misgefikadu4660
@misgefikadu4660 2 жыл бұрын
Bareedadha maaliif itti in fufnee.
@GurachaAfrica
@GurachaAfrica 2 жыл бұрын
Waaw dhugaa dubbachuuf filmi baaye adda ta.eedha Akkasumas osoo hin beekin miira nama saama Akkasumas Kanaan dura filmiin Afaan Oromoo Akka kanatti Qulqullinaan hojjetame hin jiruu Jabbadha guddas Galatoomaa🥰🙏 Garuu Ammallee wanta irraa hafuutu jira isa hafellee Adeemsa keessa Akka sirreessitan Abdii Qabna, Ulfaadhaa ,A
@Dawit_Chala
@Dawit_Chala 2 жыл бұрын
qaaliko fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu. kzfaq.info/get/bejne/qrFdntylta2-p6s.html
@meseretelias5400
@meseretelias5400 2 жыл бұрын
Ajaa'ibadha dhugaa rabbii!!!! Ibsuunuu.......
@urjiiarsiisanyiijawarmuham8090
@urjiiarsiisanyiijawarmuham8090 2 жыл бұрын
Wowowo bayyee bayyee bareedaa qomoo koo jabadhaa lammii koo akkanumatii namatii tolaa🥰🥰🥰
@lesakwt6576
@lesakwt6576 2 жыл бұрын
Wwww bayy'ee namaa hawwaata jabadhaa kaan kanaa caluutii akkaa darbiitaan abdii issiiraa qabna 💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝
@kennaagezewu8176
@kennaagezewu8176 2 жыл бұрын
wowwowwww Bayyessaa Ebbifaamaa hojii Guddaa Hojii BOONsaadha ijifannoon kan ummataa oromotiii like
@haweetube4926
@haweetube4926 2 жыл бұрын
Maatii naf taii keenaa ko ❤️❤️🙏🙏
@oromia4521
@oromia4521 2 жыл бұрын
Woow amazing ♥️💚♥️
@gelanyoutube4485
@gelanyoutube4485 2 жыл бұрын
Bay'ee galatomi dr Nafyaad geetuu Jabaadhu kan birrooratis nuf cimii. Afaan keenyan filmii biroo illee hojechuraati, beksisuuratti dhaloota har'aa ijoollee cicimoo ta'an gara kanati fiduraati jabaate hojeenan filmoota Afaan birootiin jiran irraa sadarkaa duraarati akkaa argamnutu nati mul'ata. Jabaadhu si waliin jira
@gadisaahamed2839
@gadisaahamed2839 2 жыл бұрын
Akkam jirtaan hojjatoota film kana hundii keessanuu hedduu galatooma waan hundaanuu isin cinaa jiraa jabadhaa jabaadha !
@haweetube4926
@haweetube4926 2 жыл бұрын
Maatii naf taii keenaa ko ❤️❤️🙏❤️🙏❤️
@allaahakubar3897
@allaahakubar3897 11 ай бұрын
wow wow wow heedduuuu namatii tolaa fiilmiin kesana umata qashtii❤❤❤❤💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯👌👌👌👌👌👌👌👌💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪🌹🌹💯💯💯💯💯❤❤❤❤👍👍👍👍👍👍👍
@proggenius2024
@proggenius2024 Жыл бұрын
Galatoomi Dr. Naafyaad. Akkasumaan hojiilee babbareedoo aartii keenya guddisan deeggaruun itti nuuf jabaadhu. Fiilmii qulqullinasaa eeggatee dalagamedha. Bayyee namatti tola.
@KedijaKasimKedija
@KedijaKasimKedija 2 ай бұрын
Mashala mashala tabarakala
@kurkegenati4963
@kurkegenati4963 2 жыл бұрын
Wooow qaxale ijolle begi bayye namati tola dhugaa🥰🥰🥰
@firehowatawallaggadha9873
@firehowatawallaggadha9873 2 жыл бұрын
Dhugaa fiilimicha jaaladherraa👌
@RoyalTeam1290
@RoyalTeam1290 2 жыл бұрын
Maati naaf ta'i please 🙏❤️❤️
@user-ng5fq4gw4c
@user-ng5fq4gw4c 2 жыл бұрын
Well come 2 💚💝🙏💙🙏
@manutdhasen7046
@manutdhasen7046 2 жыл бұрын
Wooow filmii aja'ibaati jabadha ijolle abba gadaa ❤💚❤
@RoyalTeam1290
@RoyalTeam1290 2 жыл бұрын
Maati naaf ta'i please 🙏❤️❤️
@haweetube4926
@haweetube4926 2 жыл бұрын
Maatii naf taii sanyiikoo ❤️❤️🙏
@fayeralikisa2586
@fayeralikisa2586 2 жыл бұрын
Baayye ajaayiba jabaadha film biraas nuuf qabaati kootta jenna
@Sarontube
@Sarontube 2 жыл бұрын
Dr waan dhebuun egaa turee nuraa baftaa guddaa galatoomaa filmii ergaa gurgurdaa ofii keessa qabuudha jajjabeewaan ijoole keenyaa baaga naagan dhuftaan 😍 Filmii hedduu nama hawwatuudha wantootaa hedduu ofii keessa qabaa namoota hubbatan seeran dawatanif waa hedduu hubbachisa❤️
@Dawit_Chala
@Dawit_Chala 2 жыл бұрын
sari fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu. kzfaq.info/get/bejne/qrFdntylta2-p6s.html
@user-rv3lu4lj6k
@user-rv3lu4lj6k 7 ай бұрын
Obboolleesa Koo maati sii rakisee😺🤓
@benexttesema2445
@benexttesema2445 Жыл бұрын
Wow!!! Amazing 😍😍
@oromiyatube4218
@oromiyatube4218 2 жыл бұрын
Wwwwww filmii bayee namatii toluu Dr kenyaa nuu jiradhuu
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please oro
@mohammadzawawi3393
@mohammadzawawi3393 Жыл бұрын
Woo wo baayyeenamatii tolaa👍👍👍👍👍👍
@GurraachaAfrikaa
@GurraachaAfrikaa 2 жыл бұрын
Hawwiin keenya galma gahaa dhufeera! Ishoo
@GaGa-jl6rf
@GaGa-jl6rf 2 жыл бұрын
Www bayee bayee garidha jabadda
@sdsd338
@sdsd338 2 жыл бұрын
Wwwwwww bay'ee baredaa jabadhaa firoo wayyii carraa kee
@orostar7396
@orostar7396 2 жыл бұрын
Waan gaarii hojjattan jabaadhaa
@zeynebahusen6326
@zeynebahusen6326 2 жыл бұрын
Wwwwww hinjifachuun itti fufaa😍😍😍😍
@urjiitube
@urjiitube 2 жыл бұрын
Wawww amazing
@fufababe8212
@fufababe8212 2 жыл бұрын
Amazing film!!!! I am proud!!!! Continiue as such maner!!!!
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please fufa
@wegelove3502
@wegelove3502 Жыл бұрын
WOW WOW OROMO BE GOING ON AND I ADMIRE OUR SELVES ALOT
@harootubemegi
@harootubemegi Жыл бұрын
uttu jootemti hin qabamne ta'e bayeen haaran ture dhugaa.......diraaman afaan aromoo sadarkaa kanarraa gauun isa bayyee namatti tola .......itti fufaa waan guddaa isinirraa eegna 😍🥰😍🥰
@getubeji680
@getubeji680 2 жыл бұрын
hojii guddaa hojjattaan abo jabaadha
@monelovemonelove6199
@monelovemonelove6199 2 жыл бұрын
Ikiruye hule new mayachu gin zare gana new sapskir yadarakushi bartu tamralachu jabadhaa I love you so much ♥
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please mone
@hopeman8062
@hopeman8062 2 жыл бұрын
Jabadhaa ijollee Oro koo
@marwaanxahaa136
@marwaanxahaa136 Жыл бұрын
Amazing filming very good😍😍
@Abegame296
@Abegame296 2 жыл бұрын
Jabadha filmi addati Oromo koo
@muniramunira2199
@muniramunira2199 Жыл бұрын
Aajaaaaa'iiba ajaa'iba aja'iiba eda ummani warrii biyya bulchaa jennu hojjin isani kana mato barisati hojjii dhugaadha❤❤
@obsee9025
@obsee9025 2 жыл бұрын
Wowuuu baayyee namatti tola😍😍 nuuf jabaadhaa🙏🙏
@haweetube4926
@haweetube4926 2 жыл бұрын
Maatii naf taii keenaa ko ❤️❤️🙏🙏
@Gygygy-cn1
@Gygygy-cn1 13 күн бұрын
Wow dhugaa bayyee nattii tolee
@chalaasefa3168
@chalaasefa3168 2 жыл бұрын
Wawwoo dhugaa dubbachuuf filmi ajayibatii ulfadhaa Galata qabduu 💞💞💞💞
@haweetube4926
@haweetube4926 2 жыл бұрын
Maatii naf taii keenaa ko ❤️❤️🙏🙏
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Wowww❤️💚❤️
@daraartuuoro6694
@daraartuuoro6694 2 жыл бұрын
wooow namatti tola nuu jiraadhaa❤
@mawardiiyaaya2179
@mawardiiyaaya2179 Жыл бұрын
Best oromo film i ever watch
@user-mf1mo7sk1y
@user-mf1mo7sk1y 16 күн бұрын
Wow film ajaa,ibaa ❤
@mustefaabdellawakeyo
@mustefaabdellawakeyo 2 жыл бұрын
Namatti tola itti jabadha,
@abdigetachewtube3811
@abdigetachewtube3811 2 жыл бұрын
Good Job! Jabaadhaa
@haweetube4926
@haweetube4926 2 жыл бұрын
Maatii naf taii keenaa ko ❤️❤️🙏🙏
@torbeetube6285
@torbeetube6285 2 жыл бұрын
Hojii Gaariidha jabaadha!!!!❤❤❤👏❤👏❤👏❤👏❤👏❤👏👏❤✔🏅🏅🏅🏅🏅
@simboofayerafayera1995
@simboofayerafayera1995 2 жыл бұрын
wooooow bayyee Namati toltuu Tokkummaan keessan ittumaa fufaa haa Deemu Ebbifama jaabadha Jajjaabeesuu qabna
@haweetube4926
@haweetube4926 2 жыл бұрын
Maatii naf taii keenaa ko ❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏
@simboofayerafayera1995
@simboofayerafayera1995 2 жыл бұрын
okey thanks
@engahmadjamac664
@engahmadjamac664 8 ай бұрын
WoooW jabadhaa Hedduu nama bonsaa
@pamelanehme4410
@pamelanehme4410 2 жыл бұрын
Waw baga nagaan dhuftaan jirraa jirtuu warra keenya, hojii ajaa'ibaati jabaadha😍🙏🙏🙏💪
@haweetube4926
@haweetube4926 2 жыл бұрын
Maatii naf taii keenaa ko ❤️❤️❤️🙏🙏🙏
@yohananyoutube5368
@yohananyoutube5368 2 жыл бұрын
Hojii gaariidha jabadha
@kulleeaddunyaa7010
@kulleeaddunyaa7010 Жыл бұрын
Wow baay'ee namaati toltuu jabaadha ❤️❤️❤️.
@smartad4844
@smartad4844 Жыл бұрын
Wow amazing film. Bayyee bayyee gaarii ture akkana kuno akki itti aartin afaan oromoo itti guddattu filmiilee akkana kanaan nuuf kootta
@Hayyuumedia
@Hayyuumedia 2 жыл бұрын
hundi kessan jabadha film afaan oromo haa guddattu jabadha warra kali like share hundi.kessan tatoni.soundi.isaa garidha
@Dawit_Chala
@Dawit_Chala 2 жыл бұрын
qaaliiko fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu. kzfaq.info/get/bejne/qrFdntylta2-p6s.html
@ayyuujesus6470
@ayyuujesus6470 2 жыл бұрын
Wooooow💓💓💓💗💗💗💗💗💗
@deboradebora3543
@deboradebora3543 Жыл бұрын
Wowowowowo baayyee namatii toltuu jaabaadhaa laammii waanii kooo ❤️
@RegasaBekele-my8up
@RegasaBekele-my8up 7 ай бұрын
Wow amezing
@hunduuisaantaee9776
@hunduuisaantaee9776 2 жыл бұрын
Woow filmi aja,ibaa iti fufaa 💕💓
@RoyalTeam1290
@RoyalTeam1290 2 жыл бұрын
Maati naaf ta'i please 🙏❤️❤️
@hegereoromiatube4188
@hegereoromiatube4188 2 жыл бұрын
Wow Wow baay'ee namatti tola jajjabadha haaluma jiruu
@zaramuhamedzaramuhamed1984
@zaramuhamedzaramuhamed1984 Жыл бұрын
Wooooooewooo baye namati tolaaa jabadha
@Madrathhaaa-qw3ux
@Madrathhaaa-qw3ux Жыл бұрын
Waaw dhugaa rabbii filmi baayyee kan namatti toludha
@ililietefa2973
@ililietefa2973 9 ай бұрын
Very well done, guys!🎉
@obseenyoutube1957
@obseenyoutube1957 2 жыл бұрын
Good jobe jabadha
@user-kp5nu1jp2t
@user-kp5nu1jp2t Жыл бұрын
Baayyee namati tolaa jabadhaa ittii fufaa🙏👍👍🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@kaayyooshow242
@kaayyooshow242 2 жыл бұрын
What amazing film🥰🥰
@soltiksa9937
@soltiksa9937 2 жыл бұрын
wowowo jajjaabadhaa Isinfaanaa jiraa
@abdurezakhd3242
@abdurezakhd3242 2 жыл бұрын
www bayyee bareeda
@sifsintube5182
@sifsintube5182 2 жыл бұрын
Dhugaadha filmii ajja’ibati baayyee natti tole. Jaallladheera jabaadha woromoo koo ❤️ More immoo subtitles afaan engliffan jalatti yoo hiikaame sabni biran illee hin ilaala afaan oromoo illee irraa baratuu jedhen abdii qaba. Galatoomaa🙏 Jabaadha itti fufan jedha ….💪
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please sifsin
@yeroosanyeroosan4506
@yeroosanyeroosan4506 Жыл бұрын
Wow nice work ❤❤❤❤❤❤❤
@Qarorotech22
@Qarorotech22 2 жыл бұрын
jabaadhaa! Guddina aartii Oromoo kana arguu caalaa wanti namatti tolu jira jedhee hin yaadu! Deemsi haa itti fufu!
@jaldumedia1
@jaldumedia1 2 жыл бұрын
Matti waliff tanaa yoo sitti tolee 😘
@jaleneyadeta783
@jaleneyadeta783 2 жыл бұрын
Wow!!👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏 Fiilmii bareedaa dha. Jabaadhu Dr. Nafyad
@Dawit_Chala
@Dawit_Chala 2 жыл бұрын
jalene fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu. kzfaq.info/get/bejne/qrFdntylta2-p6s.html
@haweetube4926
@haweetube4926 2 жыл бұрын
Maatii naf taii keenaa ko ❤️❤️❤️🙏🙏
@onesmoseliyas5467
@onesmoseliyas5467 2 жыл бұрын
Wow ijoollee qaqqaalii kan hojin isani bayee bareda ergaa guddaa qaba. Galatoomi Dr koo
@Dawit_Chala
@Dawit_Chala 2 жыл бұрын
onesmos fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu. kzfaq.info/get/bejne/qrFdntylta2-p6s.html
@ayinuutube6842
@ayinuutube6842 2 жыл бұрын
Jabadhaa
@abudiramres1218
@abudiramres1218 Жыл бұрын
Jabbaadhaa
@anuma8362
@anuma8362 2 жыл бұрын
Maal qaba dhugaan haceellee utuu akkasitti bahee🥺🥺🥺😢😢😢😭😭😭😭
@FatmaFatma-ti6kw
@FatmaFatma-ti6kw Жыл бұрын
😭😭😭😭😭
@safiyaabdi8028
@safiyaabdi8028 2 жыл бұрын
wow baye baredadha
@bontuuqananiibantuuqananii2548
@bontuuqananiibantuuqananii2548 2 жыл бұрын
Wawooooooo gamachuu kooo dagaa hin qabuu dhugaa sabakoo jabadhaa❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@user-go4xz8bz7d
@user-go4xz8bz7d Жыл бұрын
Matii sii taera fillm kan siia 4 lalee garu furmu didee❤❤❤❤
@dagimtolesa7602
@dagimtolesa7602 2 жыл бұрын
jabaadha saba koo
@Sana-wm9zd
@Sana-wm9zd 10 ай бұрын
Wawoo good jobs ❤bleesd u 😊😊😊😊
@zolentertainment1835
@zolentertainment1835 2 жыл бұрын
fiilmii Hindii tokko utuun ilaalaa jiruun isa dhiisee kana Afaan Oromoo kana ilaale. Dhugaa dubbachuuf bareedaadha itti gammadeeras. kana jechuunkoo garuu Cimaadha jechuu koo miti, waan hafe baayyeetu jira yoo jabaattan fiilmii ormaatti ija baasuu nu baraartu. ISIN MALEE MAAL QABNA?
@RoyalTeam1290
@RoyalTeam1290 2 жыл бұрын
Maati naaf ta'i please 🥺🥺🙏❤️
@lensagobena2340
@lensagobena2340 2 жыл бұрын
Jabbadhaa
@fayeekiya2094
@fayeekiya2094 2 жыл бұрын
wow dhiphinnaa guddaa keessaas tahuu xumuren jiraa. bayy`ee dansaa.
@Dawit_Chala
@Dawit_Chala 2 жыл бұрын
faye fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu. kzfaq.info/get/bejne/qrFdntylta2-p6s.html
@user-rx8kp9lh2p
@user-rx8kp9lh2p 4 ай бұрын
Wwwwaaawww bayema toko namatii tolaa jabadhaa
@waleedwali4089
@waleedwali4089 2 жыл бұрын
👍👍👍👍Gerat job guys thank you so much guys ✌
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please waleed
@user-ke3qe5st6n
@user-ke3qe5st6n 9 ай бұрын
Jabaadha. Ilmaan oromodha
@romatyt3126
@romatyt3126 Жыл бұрын
Bayye namati tola jabadha 🥰🥰🥰
@normannoor6001
@normannoor6001 Жыл бұрын
Wwwbayee baredaa ta'e xumuramee.. garu ottu firo fi intalatiin waal fudhaniiru ta'e caala baredaa ture❤❤❤❤ jabadha
@lilifirdissa2451
@lilifirdissa2451 2 жыл бұрын
Woww jabadha baa'yee namati tolaa ❤💚❤💚❤😘😍
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please lili
@user-hr6ck7up4u
@user-hr6ck7up4u 10 ай бұрын
Good instracter god with you
@firehowatawallaggadha9873
@firehowatawallaggadha9873 2 жыл бұрын
Hiriyyan gaarii haafa gaarii caalaa hiriyya firoo isaa maqaan isaa coroo isaa gagarree❤️❤️
@Dawit_Chala
@Dawit_Chala 2 жыл бұрын
fire fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu. kzfaq.info/get/bejne/qrFdntylta2-p6s.html
@ifaasledinofficial8236
@ifaasledinofficial8236 2 жыл бұрын
Jabadha oro tiyya
GALAA ENTERTAINMENT: NAN KAJEELE:   New Oromoo comedy.  #egeree_media#shorts
22:02
SIINAN FIILMII AFAAN OROMOO HAARAA 2023
1:46:35
Olbirat entertainment
Рет қаралды 786 М.
Gym belt !! 😂😂  @kauermtt
00:10
Tibo InShape
Рет қаралды 14 МЛН
Пранк пошел не по плану…🥲
00:59
Саша Квашеная
Рет қаралды 5 МЛН
Daa’imni keenya nagaan nuuf dhalateera!
8:07
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 100 М.
Hojjataa Diishii bultii nama diige! daawwadhaa
17:46
Lookoo Tube
Рет қаралды 106 М.
ያልታሰበው yaltasebew  new ethiopian full movie 2024
23:15
HAMLET HURUTA ሐምሌት ሁሩታ
Рет қаралды 3,3 М.
GODAANSA Fiilmii Afaan oromoo haaraa | Godansa New Oromo movie 2023
1:12:50
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 131 М.
Diraamaa Guddifachaa [ ጉዲፈቻ ]  Kutaa 1ffaa Diraamaa Ajaa'ibaa  duudhaa Oromoo guddifachaa irratti.
42:14
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 204 М.
Diraamaa KIYYOO (New Afaan Oromo Drama) kutaa 18
32:38
AANAA ENTERTAINMENT
Рет қаралды 186 М.
EGEREE COMEDY: KOFIN / SIRNAKKOO EP 12
29:06
EGEREE MEDIA
Рет қаралды 264 М.
IJA KOO Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa 2023 |New oromo film |Ethiopian film | oromo movie
1:41:09
Толстый солдат всем отомстил #shorts
1:00