Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa Waadaa 2023 [ New Afaan Oromo Film Waadaa/Ethiopian Oromo Movie 2023]

  Рет қаралды 208,319

Leemman Entertainment

Leemman Entertainment

Күн бұрын

Leemman intartemantiin Fiilmiiwwan fi Diraamaawwan haaraa akkasumas taphoota nama bowaarsan isiniif qabatee dhiyaata. Chaanaalii keenyaaf haaraa yootaatan subiskiraayibi gochuun maatii keenya akka taatan isin affeerra.
Namoonni yaada qabdan akkasumas dhaabbilee ykn omishaalee keessan beeksifachuu barbaaddan karaa lakkoofsa bilbilaa +251911072702 karaa saanduqa poostaa 15218 Email: leemman26@gmail.com Telegrama @leemman_entertainment karaa Facebookaa :leemman entertainment TikTok: @leemman_entertainment instagram: @leemman_entertainment tiin nuquunamu dandeessu
---------------------------------------------------------------
በሌመን ኢንተርቴይመንት
አዳዲስ የኦሮሚኛ ድራማዎች እና ፊልሞች እንዲሁም አዝናኝ ጨዋታዎች ተዘጋጅተው ወደ እናንተ ይቀርባሉ !
ለቻናላችን አዲስ ከሆናችሁ አሁኑኑ ሰብስክራይብ በማድረግ ቤተሰብ ይሁኑ
---------------------------------------------------------------
@ Leemman Entertainment
New Oromo dramas and movies as well as fun games are ready for you!
If you are new to our channel, subscribe now and become a family
• AFAAN OROOMO MOVIE KIY...
Those who have any ideas and would like to promote their companies or products can contact us via +251911072702 via PO Box 15218 Email: leemman26@gmail.com Telegram @leemman_entertainment via Facebook :leemman entertainment TikTok: @leemman_entertainment instagram: @leemman_entertainment
---------------------------------------------------------------
#LeemmanShow
#NewOromicDrama
#AfaanOroomoMovie
#AfaanOroomoTiktok
#EthiopianOromoMovie
#afaan
‪@VOAAfaanOromoo‬ ‪@meskitube16‬ ‪@OromiaHD‬ ‪@leeman26‬ ‪@gutuabera123‬ ‪@galaanagaaromsaa3794‬ ‪@SodereTV‬ ‪@NetsebraqMedia‬ ‪@aanaaentertainment7834‬ ‪@visionentertainment4507‬ ‪@Oromp3‬ ‪@addis214727‬ ‪@gumibokomedia1986‬ ‪@OBNoromiyaa‬ ‪@WendiMak‬ ‪@tadelegemechu9080‬ ‪@eliana_entertainment‬ ‪@hamusmedia‬ ‪@Haset6229‬ ‪@markenentertainment‬ ‪@risaamedia1986‬

Пікірлер: 941
@Koket148
@Koket148 8 ай бұрын
Mattii kenyii nurraa boqqotani😢😢 sennaa amma anif obboloni koo kessaa jirru kanaa fakkata💔💔
@hawwii2433
@hawwii2433 8 ай бұрын
Abshir lubbuu
@ameralmukhaini9104
@ameralmukhaini9104 8 ай бұрын
Abshir sis waaqayyoo jiraa
@Koket148
@Koket148 8 ай бұрын
@@hawwii2433 Tolle mama koo🙏
@Koket148
@Koket148 8 ай бұрын
@@ameralmukhaini9104 😥💔🙏
@kooketi7326
@kooketi7326 8 ай бұрын
😢😢😢😢
@abdimekonen5816
@abdimekonen5816 8 ай бұрын
Dhugaa fiimiin afaan oromoo amma kanaa sadarkaa kanaan guddatee jennaan arguu caalaa wanti nama gammachiisu hin jiru proud of u dhugaa❤❤🙏🙏💪
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@shukriitube7886
@shukriitube7886 8 ай бұрын
Jalqabni isatuu akkanatti namatti tolaa dhumni isatis ni bareeda akka kotti . Isinis warri akka kotii Like👍 miidhagsa 👍👍👍👍👍👍
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma bayye 🙏🏽
@daughteroftheking3220
@daughteroftheking3220 8 ай бұрын
Oromokoo jabadhaa. Waal jababesaa! Bayee sinjaladha lamikoo wagaa kumma naaf jirdha. 💜💪🏽
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@zaraamanuel7847
@zaraamanuel7847 8 ай бұрын
Hiriyonnii isaa jijiramuu isaa arguu qabuu kutaa 2fffaa isaa itti fufaa adaraa bayee gaariidha❤❤❤❤
@WoliidAbdallaa
@WoliidAbdallaa 4 ай бұрын
hiriyyoonni isaa jijiramuu isaa arguu qabu
@user-bf3iw1nn1w
@user-bf3iw1nn1w 8 ай бұрын
wow dhugaa baay'ee natti toleera keessaatummoo gammachuun xumuramuu isaa❤❤👍👍👍 jabaadha fiilmi kan biratin isin egna
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@gfhj2889
@gfhj2889 8 ай бұрын
Wwwwwwwoooowwwww wwwwwwwoooowwwww fiilmii Aja.iibaatii Sanuu Affaan Oromotii wooowww jajabeewaan koo Nuuf jiradhaa isiin jalanaa ❤❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🙏🙏
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@Morkitube
@Morkitube 8 ай бұрын
Filmi bareedaadha garuu dhumaa isaatu ergaasa hin xumurre ijollee hiriyoota sanaaf waanta ta,uu ergaa dabarsuufi qaba ture jijjiraamusa Argu qabu ture❤
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@lensaakadir7286
@lensaakadir7286 8 ай бұрын
Uuuuuff senaama jiru Ani fenet dhugama dutee jedhe bohee garuu bagumaa du'in😍😍😍
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
🙏🏽🙏🏽🙏🏽
@lovepeopleswithoutprecondi820
@lovepeopleswithoutprecondi820 8 ай бұрын
Baayee nama gammachiisa! Itti fufaa!
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@eyerus-ok3ss
@eyerus-ok3ss 8 ай бұрын
Fulaa Haaraan Filmii Haraa Jabadhaa🎉
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@DejeneFikadu-wb4rd
@DejeneFikadu-wb4rd 8 ай бұрын
Baayee bareeda dhugaa dubbachuuf keep it up
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@shakira123shakira2
@shakira123shakira2 8 ай бұрын
♥️♥️♥️♥️♥️♥️ jabadhaa😢😢 garu isn muca bicha oso tane nule pirki nu gotani nu bochsitani😢😢😢😢❤❤❤❤
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@oftaiijiraadhu2926
@oftaiijiraadhu2926 8 ай бұрын
Wow barnoota gaarii of keessaa akkanumatti itti fufaa oromoo koo ❤❤❤❤😢
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@user-gh9pv9lo3x
@user-gh9pv9lo3x 8 ай бұрын
jabadhaa seennanii kun filmii dha garuu dhugaa nati fakkeete jireenyaa kotin😢😢😢❤❤
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
🙏🏽🙏🏽🙏🏽
@user-nt9ib8fq8z
@user-nt9ib8fq8z 8 ай бұрын
dhugaa baayyee wannata barrumasa qabudha sannuu warraa nama fi hinn yannee jabadhaa wowo❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉😊😊😊😊😊😊😊😊😊
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@user-md5zb3mt6o
@user-md5zb3mt6o 8 ай бұрын
Woww fiilmii nama barsiisudha jabaadhaa ❤❤❤qaaliwaan koo garuu utuu hiriyoonni isaa jijjiramuu isaa arganii more gaarii ture❤❤❤
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@fenetabera2003
@fenetabera2003 8 ай бұрын
Artiin ijoollee qaqaalii akkasiin guddata elaa Dadhabii qabaatus jabaadhaa ❤
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@diinqeeshifara753
@diinqeeshifara753 8 ай бұрын
Bayee namatti tolaa jabadha❤❤
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@beteleshifarra5378
@beteleshifarra5378 8 ай бұрын
Uuuffeeen 😭😭😭❤❤❤❤❤🤍maaloo essaa isiin dhokisaadhu oromo koo ♥
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@user-oy6ut1zg1n
@user-oy6ut1zg1n 8 ай бұрын
Film afaan oromoo sadarkaa kanaan qopheessitani nu dawwaachisu keessanif galatooma bayye jallaadheraa gamaa kiyyaan❤
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@biliseesefu4770
@biliseesefu4770 8 ай бұрын
Fiilmi ilaalee bo'ee in beekuu fiilmi kanaa garuu ilaaluun dadhaabee 😢😢😢
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 8 ай бұрын
Mati naf time
@kennadubaro2910
@kennadubaro2910 8 ай бұрын
Dhugaa Rabii filmii jannaa gizee 2n dhagefadhee bayee baredaa uuuuffffff fenuu koo dunii kee bagaa Sobaa ta.ee ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@prohsj7239
@prohsj7239 8 ай бұрын
Filmii afaan oromo bayyee jaaladha waanuma goola keenya jiruu hojjetu wantaef jabaadha
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@urgessakelbessa7803
@urgessakelbessa7803 8 ай бұрын
Baay'ee Baay'ee waan irraa baratamu qaba❤
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@shaleelhashem6695
@shaleelhashem6695 8 ай бұрын
Wwwww Jabadhuu Qalii Namaa 🙏🙏🤲🤲🤲👍👍👍💐💐💐❤❤❤
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@MimiDarartu-ju4jo
@MimiDarartu-ju4jo 5 ай бұрын
Namatii tolaa garuu seenaa dhugaa natii fakkatee uuuuuf namaa bosisaa barumsaa guddaa qaba ❤❤❤❤
@leeman26
@leeman26 5 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@user-of1uu8pb9fire
@user-of1uu8pb9fire 8 ай бұрын
Ani filmi afaan Oromoo ilale hin bekuu Kun anaf jalaqaba wow jedhe jira qaxaleewwan kenyaa jabadha itti fufaa hojin kessan nama bonsa waqa❤️❤️❤️🎉❤❤ Wada ilma soressa 🥲😄😄jeta sobde ayii 😁
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 8 ай бұрын
Malo mati naf time hadhoko kotu
@kiyyaakoo2375
@kiyyaakoo2375 8 ай бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢jabadhaa ergaa guddadhaa wan arkaa qaban kununfachuun garidhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@seenaamuccaatawahido8513
@seenaamuccaatawahido8513 8 ай бұрын
Jabadhaa qaxxalewaan keenya filmi barumsaa qabu dhugumaati❤
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@gadasystem2484
@gadasystem2484 8 ай бұрын
Dhugaa ergaa baay'ee qaba akkasumas baay'ee gara namaa nyaataa ❤❤❤❤😂
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@user-ee2js2nm1x
@user-ee2js2nm1x 8 ай бұрын
WOW dhugaa bayy'ee Namati tolaa jabadha Barumsa guddaadha kuni filmii Afaani Oromoo amma kan guddachuni isaa kan caalaa akka hojjetanii abdii qabnaa fuldiratii
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@Wankooshow
@Wankooshow 8 ай бұрын
Dansaadha. Continue more language jajjabaadha❤ worldwide🎉❤
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@diboradibora9364
@diboradibora9364 8 ай бұрын
Wawoo jabadhaa dhugaa filmii ajib'aatii barumsaa bayy'ee namaa barsisuudhaa😊
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@monettubeofficial4563
@monettubeofficial4563 8 ай бұрын
Jabadha oromoo tooh akkaa fdirama kiyyoo saniti camera qulqulinaa qabuu osoo nuf hojjatanii heddu baredadha akkaa yadatii male komii tokkoo film kana irraa qabuu yero hojjatan akka habaesha sanitii qulqulleesaa nuf hojjadhaa
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@gadaa-
@gadaa- 8 ай бұрын
Wow akkaan namatti tolaa jabaadha isin faana jirraa
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@saaddamidiris2301
@saaddamidiris2301 8 ай бұрын
Ammazing fiilmi bareedaadha
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@user-ec5gh6ef6y
@user-ec5gh6ef6y 8 ай бұрын
Bayy'ee baredaa dhugaa namatii tola jabadhaa bannootaa guuda qabaa namootaa hubatanii
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma🙏🏽
@najrannajran-mg8vo
@najrannajran-mg8vo 8 ай бұрын
Bayye bareeda dhugaa himimman qabachu dadhabe an ittinuf fufa qaxalewwanko❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@caaliitube5679
@caaliitube5679 8 ай бұрын
Hojii bareedaa dha Jabaadha ijoolee Oro ko❤o
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@SUae-tn5th
@SUae-tn5th 7 ай бұрын
Waw hojii baredadha dhugaa isuma sirri na bosiise😢 bayye nama barsiisa galtooma🙏🙏❤
@leeman26
@leeman26 7 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@ayanabultuma5550
@ayanabultuma5550 5 ай бұрын
Wow wow wow really wan jedhun dhabee gatiin dadhabii isin xinnata kunutii kaa akkasiti guddachuu qaba artiin oromoo ufeeeeee❤❤❤❤❤❤
@ayanabultuma5550
@ayanabultuma5550 5 ай бұрын
Maaloo yoo isin danda,ameer kutaa lammaffa isaa
@leeman26
@leeman26 5 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@obsinetmalee6182
@obsinetmalee6182 6 ай бұрын
Jabadha film afaan Oromoo yeroo bay'ee hanqinaa sagalee qaba qulqulinan hin dhiyatu kun garuu adda kanafuu jabadha pls egaltanii hin dhisina ❤❤❤
@leeman26
@leeman26 6 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@zaburawallaggaa1098
@zaburawallaggaa1098 8 ай бұрын
Wow jabaadhaa ijoollee oromoo❤❤❤❤
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@hiwotgirma8854
@hiwotgirma8854 8 ай бұрын
Daayirektara editiaraa❤❤ mosisa ashibir number (1)❤❤
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@user-mf2br6oh3j
@user-mf2br6oh3j 8 ай бұрын
Wowwwww barumsaa gudaa qabaa dhugaa jabadhaa🥲🥲🥲🥲🥲🥲🥲🙏🙏🙏🙏👌👌👌
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@dawitkebede7545
@dawitkebede7545 8 ай бұрын
Uuuufff nama bara kana hala kanan jireenyaa yoo barsiisan malee rakkodha keessumma dargaggoota yeroo isaan caalisan gubanif gariidha😥🙏
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@ObseeTamasgeen2023
@ObseeTamasgeen2023 8 ай бұрын
Garaa na nyattan dhugaa 😭😭 uuff ya haadhoo ofii
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@aliizakko2398
@aliizakko2398 8 ай бұрын
Wooow hedduu bareeda eergaa jaba qaba
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@user-mb6dv8xs3t
@user-mb6dv8xs3t 8 ай бұрын
Baayyee ergaa qaba 😢😢😢imimmaan koo garuu qabaachun dadhabee yeroo kuftee san faa obbolleettii koo yeroo jedhu san Baayyee nattii dhagahamen dhugaa jaabadha kutaa 2 moo ossoo itti fufee waan gaariidha dhugaa film afaan oromoo Baayyee jaalladhaa 😢😢😢🫶❤️🌳❤️
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@SsKk-k3e
@SsKk-k3e 5 күн бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤😂
@RukiyaMuhammad-lh1dy
@RukiyaMuhammad-lh1dy 3 ай бұрын
dhugaa gada fi gamachu wali walale bayye galatoma jabadha oro yomu king❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤💪jali koho tisi ayye jalate tani lali nani jedhe lalu koho bayye nati tole jecha fi bakki hin hani qate inisi kiyya koti bayye garri dha ❤❤❤🎉💪👌👍
@leeman26
@leeman26 3 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@adanutube5480
@adanutube5480 8 ай бұрын
Wowo dhugaa baay.ee natti toleera keessaa tummy gammachuun xumramuu isaa ❤❤❤ Jabaadha filming kan berating isn't egna❤❤❤
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@Asterabera-chanali
@Asterabera-chanali 8 ай бұрын
Wwwwoo Wwwwoo ❤❤❤❤❤❤bagaa nagaa dhufteen
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@JiiOroo
@JiiOroo 3 ай бұрын
Bayee namatii tolaa jabadhaa dhugaa bayyee takka issiin diqisiifannaa 🎉🎉❤❤❤ ittii nuu fufa Good 👍 👍
@leeman26
@leeman26 3 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@user-ur4fo5tu1t
@user-ur4fo5tu1t 8 ай бұрын
Gafaa ishen dutes gafaa obolesa ishe bira dhuftes boyee dhugaa ergaa guda qabaa jabadhaa😢❤
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@martatube8180
@martatube8180 8 ай бұрын
Jabaadha filmi raree hafee kuta lama akka dhuftani ❤
@oiljowanna5275
@oiljowanna5275 8 ай бұрын
Wow dhugaa Hedduu namati tolaa jabadhaa jajabee koo camera kessaan sirritii baredaa❤❤
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@derartukenha4977
@derartukenha4977 8 ай бұрын
Waa yadadheen waaqayyoon kabaje ❤️🙏
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@hawwiimolee7887
@hawwiimolee7887 8 ай бұрын
Jireenya ani amma jiraachu jiruu naatii fakkataa 😢😢😢
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@beshaduadinew5050
@beshaduadinew5050 8 ай бұрын
Naa taatanii dhugaa rabii jaladhaa ❤
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@sinbona4050
@sinbona4050 8 ай бұрын
😢😢😢😢 baay'ee namati tola dhugaa jabadha
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@keyirdintaha2523
@keyirdintaha2523 8 ай бұрын
Bayee namatiitolaa ❤❤
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@firaolgizaw3594
@firaolgizaw3594 8 ай бұрын
Baayy'ee natti tole❤❤❤❤
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@rahmaajamaal3926
@rahmaajamaal3926 8 ай бұрын
Osoon diramaa tahuu bekkuun boyee maraadhee aaaaah 😭😭😭😭🖤🖤🖤🖤 dhumartii garuu osoo akkii kunii jiratee bayyee namaa gammachiisaa😢❤
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@goldgold-us3bj
@goldgold-us3bj 8 ай бұрын
❤❤❤❤jabadha heddu barumsa qaba oromo koo 😢😢😢
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@dabalezode3702
@dabalezode3702 8 ай бұрын
Uuuuuuuffff dhugaa se'e baay'eengadde garuu dhuma irrati baay'ee gammade galatoma erga baay'ee gaariidha wowowo maaloo itti fufaa.....
@leeman26
@leeman26 7 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@user-ro5jx1bx4s
@user-ro5jx1bx4s 8 ай бұрын
Wow diraamaan baayyee bareeda garuu abbaa mataa koobiraa sun nifokkisa hasirreeffatu
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
🙏🏽🙏🏽🙏🏽
@user-kk4ev6zk3m
@user-kk4ev6zk3m 8 ай бұрын
Ajaa'iba dhugaa miira biraa natti uumee😢kutaadhaan osoo ta'e
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@user-zk5sl2uy6c
@user-zk5sl2uy6c 8 ай бұрын
Jabaadha oromoo koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@dawwiifayisaa6000
@dawwiifayisaa6000 8 ай бұрын
Ajaa'ibaa hojji gaaridha Filmi akkas baareedduu itti Fufuu qaba jabaadha ❤
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@user-wn6xs9bi1j
@user-wn6xs9bi1j 8 ай бұрын
Fiilmii bareedadha! Keesumaa taatonni baayyee kan dandeettii qabanii fi dandeettii isaanii baasanii agarsiisaniidha. Fiilmii biroo irratti isin eegna jabaadhaa!
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@user-rb6fv3lh5n
@user-rb6fv3lh5n 8 ай бұрын
Jabadhaa ❤❤❤❤❤
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
🙏🏽🙏🏽🙏🏽
@SsKk-k3e
@SsKk-k3e 6 күн бұрын
Mashaallaa❤❤❤❤❤❤❤❤
@SsKk-k3e
@SsKk-k3e 6 күн бұрын
😂😂😂😂😂❤😂😂😂
@user-wf3yu5ip9j
@user-wf3yu5ip9j 8 ай бұрын
Woww jabadhaa barumsaa gariii nama kenaa
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@latiephrem4966
@latiephrem4966 8 ай бұрын
adaraa ijolle kana jajjabeessa dandeetti guddaatu keessa jiraa
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@abdifunnymedia2023
@abdifunnymedia2023 6 ай бұрын
Wow dhugaa baay'ee bareedaa Waan nama barsiisuu ,nama gorsuudha Gaariidha haali warrabbii isaas, location isin filaatanis ,namni direct godhees, taatonni keessanis wanti hunduu baay'ee namaati tolaa
@leeman26
@leeman26 6 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@woziifawoziifa674
@woziifawoziifa674 8 ай бұрын
Kaan itanu jabadha❤❤
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@bachubaye7478
@bachubaye7478 8 ай бұрын
Wawu bay'e namatti tola ❤️❤️
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@odaashananvision
@odaashananvision 6 ай бұрын
Akkaa kanattii filmin afaan Oromo guddatte araguufi waan gaarii barnoota qabuu arguu caala maltu nama gamachisa,good job.
@leeman26
@leeman26 6 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@gurmeIT_tube
@gurmeIT_tube 6 ай бұрын
Yooyyaa Harka Fuunee Baga nagaan Dhuftanii Jabaadhaa baay'ee namatti tola Aartii keenya baay'ee Guddisaa jirtuu jabaadhaa nutis isinii wajjin jirra isinis mana keenya kottaa nooruu isinin jenneerra
@leeman26
@leeman26 6 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@dhibeewagari6211
@dhibeewagari6211 8 ай бұрын
😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤jabadhaa diramaa barumsaa gudaa qabu wowowow ❤❤❤ 😢😢😢😢😢
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@lensagirma666
@lensagirma666 8 ай бұрын
Filmii aja'iba🥰
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@user-hl9wq6rk4s
@user-hl9wq6rk4s 8 ай бұрын
Hojii kana caalu isin irraa eegna.kunis ergaa guddaa of keessaa qaba jabaadhaa.dhugaa nan boo'e
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@user-wt8nw1mm1j
@user-wt8nw1mm1j 8 ай бұрын
😭😭😭😭😭dhumnii filmii kanaa bayee garaa namaa nyataa😭
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@kooketi7326
@kooketi7326 8 ай бұрын
Namii filmii kan ilalee osoo imiman hibusin dhisee jira natii fakkaatu 😢😢😢😢😢😢
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@user-kr9ox5gi6w
@user-kr9ox5gi6w 8 ай бұрын
❤❤❤❤❤Mashallalha Mashallalha tabarklha
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@jeikobmelaku
@jeikobmelaku 8 ай бұрын
well come baga nagaan dhuftan
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@sayda1200
@sayda1200 8 ай бұрын
Uff dhumnis hedu gara nama nyata 😢😢😢😢😢😢
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@tikthmatth7383
@tikthmatth7383 8 ай бұрын
Jabaadhaa please ❤
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@rozihassenrozi1001
@rozihassenrozi1001 8 ай бұрын
ani film afaan oromo erga hin lale ture Wadaa filmi barumsa gudda qabu 😢
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@user-fo1sf7wt3g
@user-fo1sf7wt3g 8 ай бұрын
Wawwu bay'ee kan namatii toludhaa jabbadhaa❤❤❤
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@hamzamohammed3087
@hamzamohammed3087 8 ай бұрын
jabadha fulaa duralle wan baredadhan akka dhuftan abdin qaba
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@warqineshtasfayeassefe4024
@warqineshtasfayeassefe4024 8 ай бұрын
Itti fufuu qabda hin dhabina pls😢😢
@chaltuamboo4438
@chaltuamboo4438 8 ай бұрын
😢😢😢😢😢baayee waan garaa namaa nyaatuudha
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@user-bz1en3ho6h
@user-bz1en3ho6h 8 ай бұрын
Uuuuff wllh nan booye dhugaa barnoota guddaa of keessaa qaba jabaadhaa
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@lelisabercho4173
@lelisabercho4173 8 ай бұрын
Diraamaa ajaa'ibaati dhugaa, jabaadhaa!
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@user-jb6sn7yx6k
@user-jb6sn7yx6k 7 ай бұрын
Uuuuufuuuuuuu Baruumsa gudda Ofii Kesaa Qabba😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@leeman26
@leeman26 7 ай бұрын
🙏🏽🙏🏽🙏🏽
@hadhaako
@hadhaako 8 ай бұрын
Maloo ittii fufaa😢❤❤❤
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@bintislam8130
@bintislam8130 8 ай бұрын
Utu jirani walif jiraachudha❤❤🎉
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
🙏🏽🙏🏽🙏🏽
@Hayeetuu1921
@Hayeetuu1921 8 ай бұрын
Baay'ee namatti tola jabaadhaa itti fufaa gaaridha dhugaa
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@monet9651
@monet9651 8 ай бұрын
Jaabadhaa baay.ee baaredaa❤❤❤❤
@leeman26
@leeman26 8 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 8 ай бұрын
Malo mati naf time hadhoko
Ik Heb Aardbeien Gemaakt Van Kip🍓🐔😋
00:41
Cool Tool SHORTS Netherlands
Рет қаралды 9 МЛН
Please Help Barry Choose His Real Son
00:23
Garri Creative
Рет қаралды 22 МЛН
Кадр сыртындағы қызықтар | Келінжан
00:16
ko'eettii  Afaan Oromo Short film with English Subtitle.
29:26
FAYYISAA ENTERTAINMENT
Рет қаралды 57 М.
COMEDY AFAAN OROMOO #QAANII GUDDAA   #BAADIYYAA ENTERTAINMENT
19:07
BAADIYYAA_ENTERTAINMENT
Рет қаралды 3,9 М.
Hojjataa Diishii bultii nama diige! daawwadhaa
17:46
Lookoo Tube(Magee Buree)
Рет қаралды 125 М.
New Afaan Oromoo film "GUMAA" guutuu isaa, Waxabajjii 2022.
1:32:32
Abbaa Makkoo Media
Рет қаралды 51 М.
JABAA || Tamagn Muluneh || Faarfannaa Afaan Oromo || Protestant Mezmur 2024
11:47
Tamagn Muluneh Official
Рет қаралды 549 М.
ETHIOPIA: Naasirbi KABBADAA New Afan Oromo Comedy
18:16
Boottii Entertainment
Рет қаралды 1 МЛН
Ik Heb Aardbeien Gemaakt Van Kip🍓🐔😋
00:41
Cool Tool SHORTS Netherlands
Рет қаралды 9 МЛН