Jabduu koo akkamiitin argaachu dandeenya filmii kana
@quluceiluu578016 күн бұрын
amaf argachun hin danda.amu you tube irrati hin gadhisanu wan tahef
@Naneeshow16 күн бұрын
abdiidhan isiin egna❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤👍
@iFAA_Tube814 күн бұрын
Hawwiidhan Eegaa jirra dafaa nuf gadi dhiisaa❤❤
@gemechuadime906015 күн бұрын
Jabaadha jajjabduu,ammallee art afaan keenya irratti ni hafaa kana caalaa waan guddaatuu isin irraa eegama
@KitesaLemi-r7x12 күн бұрын
Anaa dhufuu keyeroon attii nama jabdudha baga kaan keenya Tate jabdu nama akkasumas tatoonnii Fi tajajiltoonnii filmi kana hundi ebbifaama congralation*!!!!!!!!!!!!