Gaaffilee Hirmaattota Mana Mareerraa ka'ee

  Рет қаралды 95,787

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

3 жыл бұрын

#Gaaffilee Paarlamaa

Пікірлер: 288
@caaltuulijtewaahidoo9452
@caaltuulijtewaahidoo9452 3 жыл бұрын
Dhugaa jituu kunii oromoo kenyaa sanyii leencaa walloo koo 💚💚🌳🌳💚💚✊✊✊✊✊✊✊✊☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@m.a.hassen1495
@m.a.hassen1495 3 жыл бұрын
I am flabbergasted; this, in my view, is beyond belief that you show you have some backbones left in you, standing up for your people. Good job,OBN!
@seniasenia2422
@seniasenia2422 3 жыл бұрын
Walloo ko rabbiin isinif haa birmaatuu rabbiin waan isintii jaabatee isin iraa haa kaassuu insha'Allah rabbiin dandadhaa ijaa amtu rabbiin isin iraa haa qabu insha'Allah
@qalloowarratuulamaashaggar1477
@qalloowarratuulamaashaggar1477 3 жыл бұрын
Walloo koo maal siif godhu laata😭😭😭likkii namicha kan itti himu akkanati shanee shanee jedhu WBO dhiiga ofii hin xuquu.......ija kee haa qabu inni guddaan Abiyi situ biyya ficisisa jira mootii Sammuun dhibee atis nagaa hin argatu haga oromoo qe'ee isaa irrati nagaan hin jiraanneti baasi dhugaa hacee😭☝️
@mikaadim1073
@mikaadim1073 3 жыл бұрын
Makiya
@sultangebi2115
@sultangebi2115 3 жыл бұрын
Goota keenya Rabbiin umrii sihaa dheeressu waan biraa maal jedha
@nesryutub5941
@nesryutub5941 3 жыл бұрын
እንድህ አይነቶች ሰወች የፓርላማ ይሁኑልን
@addisaddis1440
@addisaddis1440 3 жыл бұрын
Dhugadhaa😭😭😭😭😭👆👆👆👆🌳🌳🌳🌳
@biliqiseintalaarsiisanyiid6691
@biliqiseintalaarsiisanyiid6691 3 жыл бұрын
Goota koo baga itti cabsite goota onnee sibiila❤️❤️💚💚❤️🐅🐅🐅🐅
@sahra4091
@sahra4091 3 жыл бұрын
Well done OBN, we don't want anything more. Just report the truth.
@tamuutube
@tamuutube 3 жыл бұрын
Rabbi si haa erguu si nyaatuu worrii abbaa garaa inshaa Allah 😭😭😭😭☝️☝️☝️
@seniasenia2422
@seniasenia2422 3 жыл бұрын
Kan kenyaa rabbiin haa dubaatu abiyiin debin ini kene wayii jaraa wolloo ti dhumaa jiru kun debii hin ta,u jarii gafi sirii gafataani obboleyaan kenyaa Kan gafi umataa dhumaa jiru gafataan galatomaa bayy'ee rabbiin isin haa egu insha'Allah dhignii umaataa kenyaa isin hin dhisu insha'Allah
@sooqusabya6777
@sooqusabya6777 3 жыл бұрын
Yaa rabbii Jabaa jabeenyaa keeti Abiyii fi fakatota isa Bakakaa sibira taate itti buusi Yaa rahmaan
@urjiiadem6275
@urjiiadem6275 3 жыл бұрын
Nuuf jiraadhaa jeynota keenya oromo wallotiif iyyitanii iyya dabarsuu keeysaniif
@misikrabera4476
@misikrabera4476 3 жыл бұрын
yeroo dhugaan duubatamu warra dhara duubatu ni dhukkuba!!!!ammas ta'u boru dhugaan ni bulti ni qalatti malee hin dhokatu hin citus!!!gaggesitota quqama oromo qaban ni kabaajna ni jalanaa fakkenyumma isaanis ilman keenyaf dhalota dhufuf ni beeksisn ni keeninas!!!yaa nama gara keetif jecha ummata kee mitu dhugasas dhoksitu kankees seenan sin dagatu!!!waggaa kuma hin jiratu wagga murasa jiratutti waan dhugaa hojedhu darbi!!!obbo shimaalis abdisa ummani oromo kabajaaf jalala isiinif qabu akkasummas abdi inni isin irra godhate rabbi jedha daaraa itti hinaqina!!yommiyu ta'u issin faana jiraa !!!!!
@mohamad6021
@mohamad6021 3 жыл бұрын
that is kindly a great! question personally im proud of those members nurulin
@tarikeayala7223
@tarikeayala7223 3 жыл бұрын
Leenca, keenya, umrii, nuf, dheeradhu❤️❤️❤️
@abdulwaahid.bbsamaan6742
@abdulwaahid.bbsamaan6742 3 жыл бұрын
Miidiyaa boqqoolloo waan garaa malee waan sabaa hin beeytanii jabaadha mootummaan abbaa irree kufuun saa hin ooluu booda keessan bakka seentan laalladhaa bitamtoota.
@user-ng5fq4gw4c
@user-ng5fq4gw4c 3 жыл бұрын
የዋርቅቱ ልጆች ጀግና እና ታማኝ ገራገር ቆንጆዎች እኛ ዋሎየዎች ምን ዋጋ አለው የቦራና ደጨ ልጀች አሉ እንሳሶች ለወገን ብቻ ሰይህን ለራሳቸውም አይረቡቡም ገዳንት ናቸው
@EmonEmon-we4vf
@EmonEmon-we4vf 3 жыл бұрын
Dhugaa dhaa 😭😭😭😭💔😭
@kiyakiya5004
@kiyakiya5004 3 жыл бұрын
ani waanan siniin jedhu hin qabu dhugaa harka diina jalaa gooftan siin haa eegu. jagnoota dhugaa
@amenamen2517
@amenamen2517 3 жыл бұрын
ጀግኖች💪💪💪
@samiraaman7186
@samiraaman7186 3 жыл бұрын
Waalloo koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@daroogurumoo8352
@daroogurumoo8352 3 жыл бұрын
You mentioned the right thing thank you brother!
@ansariianas7340
@ansariianas7340 3 жыл бұрын
Welcome omn sagalee ijaafi gurra ummataatii...jireenyiifi hireenis gaadidduudhaa kophaa bareennuu
@abdissarikitu4321
@abdissarikitu4321 3 жыл бұрын
ፓረለማ ለይ ያቀረበዎ አጅግ ጥሩ ገለ ፀ ነው
@ituuali4744
@ituuali4744 3 жыл бұрын
this is the purest oromo ethnicity. they have no fear for anyone. truely they stand for people they represent. Remaining representatives (esp,' from oromo pp) should learn their duty why they are in this parlama. more than 170 oromo people representatives are not so much concerned about their ethnic group living in other regions. they should receive wisdom from their hero brothers (walloo). bravo mahammed hassan and my sister
@sahra4091
@sahra4091 3 жыл бұрын
Mohamed Hassan lencaa Oromo, sennaan sindagaatuu yaa ilmaa sabaa.
@jarsoabdulkadir7801
@jarsoabdulkadir7801 3 жыл бұрын
Thank you the representatives from the Oromia zone of Wollo. You both performed your duty superply. Every human should support the oppressed people of Wollo Oromo. Their struggle for human dignity is exemplary. Long live the Wollo Oromo!!!
@faayoofaayoo6525
@faayoofaayoo6525 3 жыл бұрын
Galatomi sanyii baga orommiyee taatee😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💕💓💕💓💓💕👈💕👈💕👈😐👈😐👈😐👈😐👈😐👈💕
@seniasenia2422
@seniasenia2422 3 жыл бұрын
Worumaa biyyaa digu kanaa rabbiin nuraa haa kassuu
@ideaahmad5949
@ideaahmad5949 3 жыл бұрын
Obbolewwan keenya kan oromiyaa jirtan nufaana dhaabbachuu qabdu wal malee homaa hin qabnu waan ta'eef. Nuti ummanni walloo umrii keenya guutuu waraanarra turre jiraachaas jirra. Kanaafuu gargaarsa damee keenya oromiyaarraa barbaanna.
@asterdabidollowallaggaa3088
@asterdabidollowallaggaa3088 3 жыл бұрын
Jabaadha rabbi jiraa
@ansariianas7340
@ansariianas7340 3 жыл бұрын
Jaalalti dhugaafi onnee dhalootaa gaaddisa biyyaaf nagaha fi rahmata malee hiyyummaa qabnuu!!!jirraa
@seniasenia2422
@seniasenia2422 3 жыл бұрын
Rabbiin isin haa egu obboleessaa kenya
@mommona7380
@mommona7380 3 жыл бұрын
nuuf jiraadhu GOOTAA KEENYAA ijaa naafxnyaa irraa nuuf haafii 💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
@esmaelade193
@esmaelade193 2 жыл бұрын
Lubbu kiyya lubbuu kiyyaan lubbuu kee rabiin haa baraaru amiin
@ituuali4744
@ituuali4744 3 жыл бұрын
i sicerely respect OBN because it is the only governmental media that reveals hidden truth of oppressed people. oromia pp also finally show his state for the people it represents.
@mayyutube6906
@mayyutube6906 3 жыл бұрын
Gaafii kabajamoo kanaa abiyi Ahmad deebisuu qaba😭😭😭
@seniasenia2422
@seniasenia2422 3 жыл бұрын
Kan akkaa keessaani rabbiin nif haa bayyissuu Kan umataaf yadu
@user-ze9wo3ug3r
@user-ze9wo3ug3r 3 жыл бұрын
Bayee bayee nagamachiftee obbooletii koo sinyatee sin uddaanuu bagaa ittii dhoftee
@seniasenia2422
@seniasenia2422 3 жыл бұрын
سبحان الله العظيم
@berqeeadunaa3534
@berqeeadunaa3534 3 жыл бұрын
Dhugadhaa.jechii.kesanii.
@fareedafareeda8075
@fareedafareeda8075 3 жыл бұрын
ياالله يرب😭😭😭
@buurbuur542
@buurbuur542 3 жыл бұрын
Afee quurxer yaabaalle jjagnaa set naseh barcii aboo endancii aynatuun yaxfaluu ersehn xabqii haqe lazacii hger ayxqmateem hilum bagulbate naw senor yanberw
@AbCd-uq5tc
@AbCd-uq5tc 3 жыл бұрын
Iti.mudii.dhugaan.edoo.hindhabduu.yarabii.dhuga.dhigaa.ilmaan.oromoo.basiiati.kesaati.dhigaa.haccee.hidhamtotaa.hirarfama.jiranu.dubadhu.atii.afaan.basii.yaraabii.gidoo.ketin
@sabontuuwallaggaa2106
@sabontuuwallaggaa2106 3 жыл бұрын
Amiiin Ammiin
@boonaabadhaadhaa6556
@boonaabadhaadhaa6556 3 жыл бұрын
"Dhugaan ilmoo Waaqaatt" Dhugaan si faana haa jiraatu Dhugaaf fi Sabaaf dhaabbachuun akkasitti Goota ati dhugumaa!!1
@freekik7163
@freekik7163 3 жыл бұрын
Inen migarmagn, azihu mikir bet, andu oneg atekagn, andu liyu hayil atekagn, ba anid bota yetefetsema digit nw, Ina yetun limen??? Ere wegen negeru tekarere, Dr abiy igzihabher yirdah!!
@amedinnura9467
@amedinnura9467 3 жыл бұрын
👏👏👏👏
@biliqiseintalaarsiisanyiid6691
@biliqiseintalaarsiisanyiid6691 3 жыл бұрын
Waaqa nama irraanfanne shimee fi taayeen hoo eessa jiran qofa🤔🤔🤔🤔🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@tsiegedebebe1171
@tsiegedebebe1171 3 жыл бұрын
🇪🇹🇪🇹 መናገርን ዓለም ነገር አንድ ነገር መጥራቱን ሁላችንም የራሳችን በጥላቻ ጥላቻችሁን ኩና ቃልን ለማጥፋት እንደሆነም እናውቃለን አማራን ጥልቀታቸው እና አማራ
@maryaamusmaanwalloo4156
@maryaamusmaanwalloo4156 3 жыл бұрын
Baga likki itti himtanii isa nuuf galatoomaa ♥♥
@nejatsanyihacee9782
@nejatsanyihacee9782 3 жыл бұрын
Gotaa koo. Sanyii jawar❤️❤️💚💚💚💚❤️❤️💪💪💪
@ranirak3042
@ranirak3042 3 жыл бұрын
Waaqayoo.sinaa.gargaruu.
@faayoofaayoo6525
@faayoofaayoo6525 3 жыл бұрын
uuuuuphaaaaaaa namicha kana Masha Allha Rabbiin siniraa ha jalatuu
@maroshukir8774
@maroshukir8774 3 жыл бұрын
Waamicha Lammumaa Gocha ilmaan Oromoo Hiriira bahanii turan irratti Hidhattoonni Yamani, Magaala Sana'aatti Bitootessa, 25,2021 Raawwatame Ni Balaaleffanna! Saba Oromoo Sirna Gadaa Coollee kan walqixxummaa, Haqaa fi Dhugaa, Bilisummaa fi Walabummaan, Aadaa fi heera Guutuu Qabaachuun Waggoota Kumaatama hedduu ittiin bulee, walbulchaa tureedha. Hawaasa idil addunyaatiif Bu'uura ''Dimookraasii'' akka tahe Galmee Seenaatu ibsa. Sirna Gadaa Oromoo keessatti Manguddoon (Jaarsoliin) Gahee fi Qoodni isaan Qaban Haalaan Guddaadha. Oromoon Heera ofiitiin bula waan taheef Oromoon biyya Abbaa isaa Oromiyaa keessattiis tahee biyyoottan Alaa kamuu keessa yo jiraatees teeysoo jijjiirrata Malee Sirna (heera), Aadaa, Seenaa, Oromummaa isaa hin jijjiirratu. Waa'e Dhimma Mana Hidhaa ''Jawaazotaa'' keessatti Namoottan Baqattoota Oromoo, Somaalee, Affaarii fi Lammiilee afrikkaa bifaan Gurraacha tahan qofa irratti ajjeechaan Gocha gara jabeenyaa tiin Guutame Gaafa Bitootessa 07, 2021 Raawwatameen Namoonni Lakkoofsaan Baayyee tahan du'uu fi kanneen dhibbootaan herreggaman Madaawuun ni yaadatama. Kan du'aaniif Rabbiin Jennata haa kennuuf, kan Madaawaniif Waaqni haa fayyisu jenna. Maatii isaaniif, Hawaasa Oromoo Yaman jiruuf, Saba oromoo Maraaf, Ummata Kuushiif, Lammii Afrikkaa Maraaf Rabbiin Jajjabina haa kennuuf jenna. Biyya Yaman keessatti Haalli Rakkoolee Baqattoota Lammiilee Afrikkaa irratti Raawwatamuu har'a kan jalqabamee miti. Akkasuma haala adda taheen Rakkooleen Hawaasa Baqataa Oromoo Biyya Yaman keessa jiran irra gahaa ture, har'aas irra gahaa jiru gara haala hammeenyaatti kan deemaa jiruudha. Hawaasni Baqataan Oromoo kanneen Yaman, Sana'aa keessa jiraatan Rakkooleen irra gahaa jirtu kan dur caalaa balaa gaaga'aama dhumaatii Lubbuu kumaatama ilmaan oromoo irra dhaqqabsiisuutti tarkaanfachuuf deemaati jirti Rakkoolee Hawaasni baqataan qabu hiikuu fi Furmaata Laachuu Caalaa hawaasa Gocha obboleeyyan isaaniirratti Raawwatame Balaaleeffatanii Naamusaan Hiriira Hulaa Waajjira UNHCRii Duratti bahanii beelaa fi dheebuun Torbee sadihii ol Gaaffii gaafataniif deebisaa tokko malee hanga har'aa hiriira argaman irratti Bitootessa, 25,2021 Hidhattoonni Yamani Humna Lakkooysa Baayyeen Marsanii Manguddoo, Dubartoota, Daa'imman, Namoottan Madoo lubbuun du'aarra hafan Mana hidhaa ''Jawaazota'' keessa bahan Maaliif jiraataniif Uleen dhaananii Mana hidhaatti guuran baqataa Oromoo irratti gochi gara jabeenyaa kun deddeebi'uun Maaliif Raawwatama? Gaafi kanaaf deebisa Baraaf dhiifna? Manguddoon Hawaasa Oromoo Biyya Yaman, Sana'aa keessa jiraattan Martinuu Hatattamaan Walitti dhufuun akkuma Aadaa Oromoon qabaachaa turetti Dhimma kana irratti Marihadhaa Yaada Furmaata Rakkoolee Hawaasa Oromoo addatti Harkaa Qabdu kanaaf Mee Fala barbaadaa jenna. Oromoon ''Godni abbaa keessa jiruuf ifaa'' jedhanii Makmaakaani miti. Waan baasa tan dur hin jirreelleen yoo dhalatte Oromoon Malaa fi Mariif Fala itti Godhaa turan kanaaf Manguddoon(Jaarsoliin) Oromoo Aangoo Waaqni kenneef Haqaa fi Dhugaan itti Fayyadamnaan Ayyaantummaa Waaqni kenneef Wan qabaniif Walitti Dhufanii Fala Rakkoolee tanaaf Marii akka Gootan Waamicha Oromummaa isiniif Goona.Galatoomaa jenna. Horaa Bulaa Deebanaa Bitootessa,26/2021 GSG Yaman, Sana'aa
@seniasenia2422
@seniasenia2422 3 жыл бұрын
حسبنا الله ونعم الوكيل
@wendegetnet6614
@wendegetnet6614 3 жыл бұрын
Ay Gaza werada ayedelem leparlam leregna atehonum zelan
@sabboontuuoromoosabboontuu1757
@sabboontuuoromoosabboontuu1757 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭
@ansariianas7340
@ansariianas7340 3 жыл бұрын
Dubartoonni dhuka lafee duugdaatii anis jira jabaadhaa tiruukoo. #horiibulii iiii.tarsimoon tokkummaa jijjiirama siyaasaa yaada mo'ataatii.Welcome omn sagalee ijaafi gurra ummataatii
@kadijafati9457
@kadijafati9457 3 жыл бұрын
Galaatoomii sanyii koo dhugaa jete obboleessa koo galatomi 🙏🙏🙏💞👏👏👏👏👏
@saramohamad1216
@saramohamad1216 3 жыл бұрын
Wayooo sanyii koo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@sultanG641
@sultanG641 4 ай бұрын
Gaaffini kuni debi dhabbee wolloo Dugugaa saanyi irratti Gegeessa jiran Ardhalee😢😢😢
@user-wm7yw4sn7j
@user-wm7yw4sn7j 3 жыл бұрын
😘😘😘😘
@asterdabidollowallaggaa3088
@asterdabidollowallaggaa3088 3 жыл бұрын
Yene jagna wandeme getan yebarke
@sadiyaa256
@sadiyaa256 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭💌💌💌💌💌
@JaalAbdisaba-sw8yy
@JaalAbdisaba-sw8yy 4 ай бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@samiirabaaleeroobe5512
@samiirabaaleeroobe5512 3 жыл бұрын
Onnee irraa dubbata wallaahi yeroo dubbatu teessottu waliin socho'a gootakoorabbiin ija nafxanyoota sirraa haaqabu.
@doyodido5501
@doyodido5501 3 жыл бұрын
Dhugaa
@ansariianas7340
@ansariianas7340 3 жыл бұрын
Subahannallah
@solomon6733
@solomon6733 3 жыл бұрын
መቼም የኛ ህዝብ በተሳብ ልዩነት ይበረግጋል እነሱ ያሉት ካልሆነ አየሠሙም አይለሙም።
@allhisone3171
@allhisone3171 3 жыл бұрын
ጃግና ነቹ በርቱ አላህ ከናንታ ጋር ይውን
@ghazalaghazala4101
@ghazalaghazala4101 3 жыл бұрын
Akkssii dhiirra dhugaa Nama Aka kee dhuga dubatuu Rabii habyisuu 🦁🦁🦁🦁🦁🦁🦁🦁🦁🦁🦁🦁🦁
@wrgnashm2278
@wrgnashm2278 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭☝☝😭😭😭
@hailubeyene7876
@hailubeyene7876 3 жыл бұрын
Ati Nama Nana Kabajaafi Ulfina Guddaa Onnee uummata Oromoo Keessaa Qabda! Ulfaadhu!
@adamimhmadaden2925
@adamimhmadaden2925 3 жыл бұрын
Ilmaa dhugaa dubtuu rabbii sii haa kenuu
@bontushawa1207
@bontushawa1207 3 жыл бұрын
uuuuuffff yaa oro too😭
@abadiirabbiirabbii9783
@abadiirabbiirabbii9783 3 жыл бұрын
Abiyii ijii keessa bate worabesa guyyaa Rabbii sii haa guisuu fokkata dhigaa oromoo xuxee abiyii
@beetibeeti6637
@beetibeeti6637 3 жыл бұрын
Kan tuta jiruu isinuma 🙄
@fraoltamiru5079
@fraoltamiru5079 3 жыл бұрын
My hero ever
@ethiowonago7799
@ethiowonago7799 3 жыл бұрын
አይዞይህ ወንድሜ አላህ ከናቴ ይሁን ።
@bekamitiku5035
@bekamitiku5035 3 жыл бұрын
Akkasi dhugaan, ilma haqaa.
@abadiirabbiirabbii9783
@abadiirabbiirabbii9783 3 жыл бұрын
Eee abiyii miliki 2aff Rabbii nuu rraa haa ajesuu ishaa alha baracuma irraa kufee oso jegenota Dhugaa dubbatu lalu budaa abiyii
@oromiyabiyyako4817
@oromiyabiyyako4817 3 жыл бұрын
🐆🐅🐅🐅🐅😘😘😘
@mohammedjawar5113
@mohammedjawar5113 3 жыл бұрын
W
@bontuuamboshop2781
@bontuuamboshop2781 3 жыл бұрын
Galatomaa ijollee kenyaaa
@tsiegedebebe1171
@tsiegedebebe1171 3 жыл бұрын
አምሳል መላ አይናችሁ የሚሰማ ነው ያልኩላችሁ ናላችሁን ማለት ነው ሰላማችሁ ይብዛ
@rubyrabel5427
@rubyrabel5427 3 жыл бұрын
Dhugaadhaaa😥😥💔☝️
@ghazalaghazala4101
@ghazalaghazala4101 3 жыл бұрын
Saaffuu Abyi dhignii dhala Nama Aknttii Sifokiisise
@abshuabshu4960
@abshuabshu4960 3 жыл бұрын
Maash allaah rabbii siergii kan akka keessani nu haa bayatuu
@seniasenia2422
@seniasenia2422 3 жыл бұрын
Umurii nuf dheradhaa
@saidabdalla5574
@saidabdalla5574 3 жыл бұрын
Yaimaa saba biliisuman 🇧🇫😭😭😭😭 tehaatatuu
@obsaaxahiri1454
@obsaaxahiri1454 3 жыл бұрын
Ayiiyaa namniidhugaadubatuu HInturuu Rabiin sihaeguu
@oromianjiimmaabajiifarorom5158
@oromianjiimmaabajiifarorom5158 3 жыл бұрын
Jarii shiimellis abdiissa manii hojiin jarraa!!???
@yesewharegtamiratabi8954
@yesewharegtamiratabi8954 3 жыл бұрын
እኛን አይወክሉንም እንደዚህ አይነቶች እኛ ተዋደን ተጋብተን የምንኖርን ህዝቦች እንደዚህ ለመለያየት የቆማችሁ ሰዎች እግዚአብሄር ለፍርድ ያቁማችሁ የኢትዮጵያ የደሃ ህዝቦች አምላክ
@AbCd-uq5tc
@AbCd-uq5tc 3 жыл бұрын
Woddiii.obolesaakoo
@user-eo9ur4wu7s
@user-eo9ur4wu7s 3 жыл бұрын
Nuf jiradhaa warii dhugaa dubattuu
@johnesuyawkal1402
@johnesuyawkal1402 3 жыл бұрын
Ergamtoonni juntaa paarlaamaa keessatti hafan atataman amma ba'uu qaban. Maqaa oromootin fedhii juntaa geggeessun hin ta'u.
@aliadanjaldo5154
@aliadanjaldo5154 3 жыл бұрын
Goofa hadharaw juntan hudu kee ha salu
@kadijaayasin6882
@kadijaayasin6882 3 жыл бұрын
💪💪💪💪💪
@buurbuur542
@buurbuur542 3 жыл бұрын
Maaret abaak yxfaa endamraa sawe mixlaa yallem
@AhmedAdel-zq9xo
@AhmedAdel-zq9xo 3 жыл бұрын
Wiy ormo AbezahiHuti
@ansariianas7340
@ansariianas7340 3 жыл бұрын
Xiiqiifi yaannii hin mul'atukanaafu waraanni yaada ilaala
@halimatatoshuna3899
@halimatatoshuna3899 3 жыл бұрын
saba kiyya oromoo walloo ☝️☝️😭😭😭😭
@alamudinahmed9494
@alamudinahmed9494 3 жыл бұрын
Oromoon Oromoodha Yeroo mara
@chalatufa4885
@chalatufa4885 3 жыл бұрын
Uummataf jechaan akkanatii dhugaa jirtuu dubatanii yoo DU'AAN nama hin gabiisisuu
@kumerafekeda4846
@kumerafekeda4846 3 жыл бұрын
Namana wagga kumaa jirradhuu.nuu boonsaa
@fgg5577
@fgg5577 3 жыл бұрын
LeceeekooLove
@uaeuae1117
@uaeuae1117 3 жыл бұрын
dhaga.ime abiy yoo guraa qabate Please akkata gootni itti dubatu
Manneen hojii mootummaa raawwii olaanaa galmeessaniif beekamtiin kenname.
9:10
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 42
ПРОВЕРИЛ АРБУЗЫ #shorts
00:34
Паша Осадчий
Рет қаралды 6 МЛН
A little girl was shy at her first ballet lesson #shorts
00:35
Fabiosa Animated
Рет қаралды 7 МЛН
Happy 4th of July 😂
00:12
Alyssa's Ways
Рет қаралды 68 МЛН
A teacher captured the cutest moment at the nursery #shorts
00:33
Fabiosa Stories
Рет қаралды 13 МЛН
OBN Oduu  Jimaata Galgala 19/11/16
38:05
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 3,9 М.
Police discover illegal military camp in Mpumalanga
11:54
Newzroom Afrika
Рет қаралды 211 М.
Guddifachaa [ ጉዲፈቻ ] Kutaa 5ffaa
43:12
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 37 М.
Obbo Alamaayyoo Atoomsaa fi Obbo Lammaa Magarsaa
5:37
Qaanqee Show
Рет қаралды 24 М.
Donald Trump speaks for the 1st time on the assassination attempt
14:17
FOX 9 Minneapolis-St. Paul
Рет қаралды 10 МЛН
Marii Dooktar Abiy Ahimad Bakka Bu’oota Godinaalee Oromiyaa Waliin Taasisan
1:09:17
FiB: Kabbitoo Ep3. (Dec.20, 2020) Finfinnee
26:27
FIB Advertising & Requiretments
Рет қаралды 457 М.
"ኮለኔል ማራኪው" አርበኛ ዘመነ ካሴ!፣ እየመጡ ያሉ አስፈሪ ሁኔታዎች
58:02
Addis Compass Media / ACM / አዲስ ኮምፓስ ሚዲያ
Рет қаралды 30 М.
He understood the assignment 💯 slide with caution x2
0:20
Carlwinz_Official
Рет қаралды 28 МЛН
And who would you choose?👇
0:20
Kitty Power
Рет қаралды 11 МЛН
КАЧЕЛИ ИЗ АРБУЗА #юмор#cat  #топ
0:24
Лайки Like
Рет қаралды 1,4 МЛН
МЫ ПОХОДУ ЧТО-ТО НАПУТАЛИ
0:20
МАКАРОН
Рет қаралды 8 МЛН
The thieves pulled a prank on the Policeman ! 😬👮🤣
0:38
BOGDANCHIKI
Рет қаралды 9 МЛН
ВОДА В СОЛО
0:20
⚡️КАН АНДРЕЙ⚡️
Рет қаралды 26 МЛН