Рет қаралды 23,794
Hayyoota jajjaboo Oromoo: Obbo Alamaayyoo Atoomsaa fi Obbo Lammaa Magarsaa waan wal-isaan fakkeessu hedduutu jira. Isaan keessaa mee video kana caqasaa!!
Hoggantoota kanneen har'a utuu wal-biratti qabaanne ta'ee; silaa har'a hireen Oromiyaa akka har'aa kana waywaannaa hin ta'u ture.
Obbo Alamaayyoo boolla keessan daadhiin haa guutu