Рет қаралды 168,379
Sirna Badhaasa Hacaaluu Award Waggaa waggaan Kan Gaggeeffamu yemmuu tahu,Yaadannoo Wareegama Artist #Hacaaluu Hundeessaa Waggaa sadaffaa Kanarratti Sirni Badhaasa Hacaaluu Waggaa Lammaffaa Haala Hoo’aa Taheen Gaggeeffamaa jira. Sirnicha Kanarratti Haasaha Haati Warraa Artist Hacaaluu Aadde #Faantuu Damissee Haasaha Taasisaniiru. #Ethiopian #Oromo #Oromia