HAMBAA: SOLOMON ALEMU

  Рет қаралды 1,069,627

WAKJIRA TUBE

WAKJIRA TUBE

2 жыл бұрын

Singer: #SolomonAlemu
Topic: Hambaa
Music: Raja Dingeta
Videography: #BonneyWakjira
Director: Wako
Facebook:
/ asafamalkawakjira
Telegram:
t.me/asefawakjira
Instagram:
/ asefawakjira
#WAKJIRATUBE brings you #Oromo #Gospel songs and educational videos. Thank you for watching and subscribing.
Walaloo faarfannaa #Hambaa
Xuraawaan dhiqannaan hin baane
Jireenya dhala namaa jeequ cubbuudha,
Argamee harkaan hin qabamu hojiinsaa
Namaaf waaqa diina gochuudha.
Iddoonkoo in guute gaa hin jedhu
Dhaloota ol adeemaa baayee duguugee,
Addaataa akka dhiigaa diimessee
Mul'achuuf kan tattaafatus haguuge.
Araaar. ×3
Garaa jabaattee nun balleessiin aartee
Hartee nu ambisi aftee.
Maalooooo
Garaa jabaattee nun balleessiin abbaa abbaa nu hambisii hambaa.
01.
Si duratti hamaa goonerraa maaf of sobna kunoo ifaadhaa,
Jiruun harkikee keessa hin jirree dhaabbataa hin qabu kufaadha.
Akka wayyaa qullaan dhoksanii waanum jiru si dhoksuu yaallee,
Karaa cubbuun du'atti geessaa isumarra yaana wal ilaallee.
Qalbii jijjiirrachuun hafaa deeme eenyu qulqulluu waliin jennaa,
Har'a innaa nagaayyuu akkas ta'ee boru innaa hammaatu eessa dhanna.
Nun balleessiin abbaa ×3
Nu hambisii hambaa.
Nama otoo ta'ee gowwoomsanii silaallee hin darbu yeroodhaa,kan goofticha da'eessu hin jiru hundumtisaa isaa fuulledha.
Utubaa hin sochoone of seee namni akka duu maaf wallaale,waan biraan isa wal gowwomsaa ture maaf jedha eenyu du'ee gale.
As duwwaatti nutti hin badiiniin garaa namoota hedduu guuteera,
Dhiigni yesuusiif kan raajotaa garuu ol jedhe iyyata baneera.
Namarra hin barbaannu uubaa
Nutis qabna gantuu duubaa
Mudaa namaaf kan mammaannu
Keenyaf qoricha hin barbaannuu?
Namarra hin barbaadiin uubaa
Atis qabda gantuu duubaa
Mudaa namaaf kan mamaaddu
Kankeef qoricha hin barbaadduu
Yoo jireenyi siif galee deebi'uu yoo feete ammallee mee akkas jedhi.
Balleessuu balleesseera
Yakkaas hojjadheera
Araara naan gootuuree
Garaa natti jabaattaaree.×3
Araar araarakee.qulqulluummaa hin
Qabnu
Cubbuu makamneerra
Araar araarakee.Qooda qajeelummaa
Hamminan beekamneerra
Araar araarakee.Kan ciru ol adeemaa
Yayyii nu keessa guute
Araar araarakee.Sodaan gooftaaf
Qabnu
Ishin durii hara eessa
Buute ×2
02
Namni araara si gaafatu gowwaa miti innoo ogeessaa,
Cubbuu dhiqannaan hin baasu dhiiga keetu qulqulleessa.
Qoraattiin gaaddisa hin ta'u meeqa waraansasaan dhiigna,
Sin nubaasa tokkichakoo bubaakee jalatti fiigna.
Dhukkubsatadhaaf
Maleessaa
Fayyaadhaaf dawaani hin
Kennamuufii.
Atis oli ergamuunkee nu`iif
Warra cubbamoofi.
Dhukkubsatadhaaf
Maleessaa
Fayyaadhaaf dawaani hin
Kennamuufii.
Atis oli ergamuunkee kan
Akka Koo cubbamaafi.
Naaf jireenya naaf galee dabaleen
Sitti iyya ammallee akkas jedhee.
Araarakeen barbaada
Oolee bulees isan yaada
Nan godhiinkaa nama oodaa
Waliin qabna nutoo waadaa.
Araarakeen barbaanna
Oolee bulees isan yaanna
Nun godhiinkaa nama oodaa
Waliin qabna nutoo waadaa.

Пікірлер: 927
@WAKJIRATUBE
@WAKJIRATUBE 2 жыл бұрын
Walaloo faarfannaa #Hambaa Xuraawaan dhiqannaan hin baane Jireenya dhala namaa jeequ cubbuudha, Argamee harkaan hin qabamu hojiinsaa Namaaf waaqa diina gochuudha. Iddoonkoo in guute gaa hin jedhu Dhaloota ol adeemaa baayee duguugee, Addaataa akka dhiigaa diimessee Mul'achuuf kan tattaafatus haguuge. Araaar. ×3 Garaa jabaattee nun balleessiin aartee Hartee nu ambisi aftee. Maalooooo Garaa jabaattee nun balleessiin abbaa abbaa nu hambisii hambaa. 01. Si duratti hamaa goonerraa maaf of sobna kunoo ifaadhaa, Jiruun harkikee keessa hin jirree dhaabbataa hin qabu kufaadha. Akka wayyaa qullaan dhoksanii waanum jiru si dhoksuu yaallee, Karaa cubbuun du'atti geessaa isumarra yaana wal ilaallee. Qalbii jijjiirrachuun hafaa deeme eenyu qulqulluu waliin jennaa, Har'a innaa nagaayyuu akkas ta'ee boru innaa hammaatu eessa dhanna. Nun balleessiin abbaa ×3 Nu hambisii hambaa. Nama otoo ta'ee gowwoomsanii silaallee hin darbu yeroodhaa,kan goofticha da'eessu hin jiru hundumtisaa isaa fuulledha. Utubaa hin sochoone of seee namni akka duu maaf wallaale,waan biraan isa wal gowwomsaa ture maaf jedha eenyu du'ee gale. As duwwaatti nutti hin badiiniin garaa namoota hedduu guuteera, Dhiigni yesuusiif kan raajotaa garuu ol jedhe iyyata baneera. Namarra hin barbaannu uubaa Nutis qabna gantuu duubaa Mudaa namaaf kan mammaannu Keenyaf qoricha hin barbaannuu? Namarra hin barbaadiin uubaa Atis qabda gantuu duubaa Mudaa namaaf kan mamaaddu Kankeef qoricha hin barbaadduu Yoo jireenyi siif galee deebi'uu yoo feete ammallee mee akkas jedhi. Balleessuu balleesseera Yakkaas hojjadheera Araara naan gootuuree Garaa natti jabaattaaree.×3 Araar araarakee.qulqulluummaa hin Qabnu Cubbuu makamneerra Araar araarakee.Qooda qajeelummaa Hamminan beekamneerra Araar araarakee.Kan ciru ol adeemaa Yayyii nu keessa guute Araar araarakee.Sodaan gooftaaf Qabnu Ishin durii hara eessa Buute ×2 02 Namni araara si gaafatu gowwaa miti innoo ogeessaa, Cubbuu dhiqannaan hin baasu dhiiga keetu qulqulleessa. Qoraattiin gaaddisa hin ta'u meeqa waraansasaan dhiigna, Sin nubaasa tokkichakoo bubaakee jalatti fiigna. Dhukkubsatadhaaf Maleessaa Fayyaadhaaf dawaani hin Kennamuufii. Atis oli ergamuunkee nu`iif Warra cubbamoofi. Dhukkubsatadhaaf Maleessaa Fayyaadhaaf dawaani hin Kennamuufii. Atis oli ergamuunkee kan Akka Koo cubbamaafi. Naaf jireenya naaf galee dabaleen Sitti iyya ammallee akkas jedhee. Araarakeen barbaada Oolee bulees isan yaada Nan godhiinkaa nama oodaa Waliin qabna nutoo waadaa. Araarakeen barbaanna Oolee bulees isan yaanna Nun godhiinkaa nama oodaa Waliin qabna nutoo waadaa.
@siinqeeboruu433
@siinqeeboruu433 2 жыл бұрын
Eebbifamii brother
@kanenusgraphics
@kanenusgraphics 2 жыл бұрын
Description irraa nuuf godhi
@AbdiiGoofta
@AbdiiGoofta 2 жыл бұрын
@@siinqeeboruu433 maatii nafii ta'ii sanyii
@AbdiiGoofta
@AbdiiGoofta 2 жыл бұрын
@@kanenusgraphics maatii nafii ta'ii
@adema1610
@adema1610 2 жыл бұрын
Rabbiin guddichi farfattoota akkanaa nuu haa baay'isu! Bara dhaloonni Yaada sabaa quufsuuf "Feemasii" irratti ciche kanatti farfanna lubbuu namaa wol'aanu argachuu kootti baay'ee Guddaan gammadeera!.... Solaa ayyaanni Kun sitti haa dabalamu❤️🤍❤️
@biqiltuuborii2233
@biqiltuuborii2233 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuufffffffffeeeee ameeeen ameeen ebifamii ebifamii😭😭😭😭🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️ayyanii waqayoo kanumaa calaa sifii haa dabalaamuu!!!!!!!!!!!!!!
@singerbontuulataa9192
@singerbontuulataa9192 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuff Arar ararakeee siin nuu basa tokkicha keenya bobakee jalati finnaa 🤲🤲🤲🤲🤲🤲😭😭😭😭😭☑ ebbifamii slom
@bisabeza9805
@bisabeza9805 2 жыл бұрын
Ebifamii maqaa maqaa chaaluu maqaa kristoos yesusin ebifamaa waarii Isaa bukee nuf dhabbatan Ayyaana Kanna caalatii gooftaan sif haa bayyissu sallamoon hadhoo koo
@paulosbeka1997
@paulosbeka1997 2 жыл бұрын
Ayyaanni, nagaanifi araarri Kristoos Iyesuus siif yaa baay'atu! Nuufis yaa baay'atu!💕💕💕
@abdiinjiraaiyesuusbiraa4249
@abdiinjiraaiyesuusbiraa4249 2 жыл бұрын
Bagaa nagaan nuufi dhuftee Sool Mucaa kakuu waqayyoo sii haa ebbisuu ebbifamii👏👏 😍
@AbdiiGoofta
@AbdiiGoofta 2 жыл бұрын
Maatii nafii ta'ii mucaa kakuu
@abdiinjiraaiyesuusbiraa4249
@abdiinjiraaiyesuusbiraa4249 2 жыл бұрын
Tolee atillee kotuu
@kumerafekeda4846
@kumerafekeda4846 2 жыл бұрын
Waqayyoo si haa eebbisuu Solomoniyee Gaaraa koo itti boqqotte .waqayyoo si haa guddisuu
@lidiyajesus8070
@lidiyajesus8070 2 жыл бұрын
Baga nagan dhufte qaxalee Mucaa kakuu 👏👏👏👏👏👏📙📙📙📙📙📙📙📖📖📖📖📖📖📖📖
@lalisegiddisa2415
@lalisegiddisa2415 2 жыл бұрын
Nuu Balleessin Abbaa Nuu Hambiisi Hambaa😭😭😭😭😭😭🙌🙌🙌🙌🙌😍Eebbifaami Haadhoo Koo😍😍😍😍🙏🙏🙏🙏
@omranhamadeh5040
@omranhamadeh5040 2 жыл бұрын
Ebbiffamii mucaa kakuu
@burtekiya2421
@burtekiya2421 2 жыл бұрын
Waaqayyoo ammas nama qaba🙏🙏🏼🙏🏼🙏🏼, sii haa gaalatuu gooftaa, eebbifaammi dachaa dachaa,hubataa mucaa,dhumni kee haa bareeduu👏👏👏👏👏
@obseegincii
@obseegincii 2 жыл бұрын
Solee ibidii sitti qabate Kun sirra in dhammin kanuman calati si ha dibbuu Amma dhumma bara jirenya ketti goftaan si ha eggu jiradhu Ani dhugaa Debbi kana jalqaarati anatu debbisan see,e Garu bo'ichafuu baresun dadhabe gudadhu foni hafurrati motuman waqaayoo sif banadha jabadhuuuuuu
@rozatube1702
@rozatube1702 2 жыл бұрын
Silkiikee nafi ergii me wajiraa tube✍️✍️✍️
@hindarbaafobsuun2566
@hindarbaafobsuun2566 2 жыл бұрын
Wawwoooo waqaayyoo sii haa ebisuu sol💓❤️💞💕💕💞 Nuun baleessin abba nuu Hanbisii hambaa☝️📖🎤🎶🙇
@sanyii8781
@sanyii8781 2 жыл бұрын
maatii naaf ta'imee💞🌼 God bless you🌼
@developeraman7190
@developeraman7190 2 жыл бұрын
Wow! Waaqqayyoo si haa eebbisu abbaakoo❤️
@mooneettolera2454
@mooneettolera2454 2 жыл бұрын
Bagaa nagaan nuufi dhuftee Sool Mucaa kakuu waqayyoo sii haa ebbisuu ebbifamii👏
@waktolalamesa9475
@waktolalamesa9475 2 жыл бұрын
eeyyee,sanyiin kee haa lalisu,eebba bantii Waaqaa fi lafaatiin Waaqayyo si haa eebbisu!!!!!!!!! GBU with his love!!!!!!!
@maasiitube3782
@maasiitube3782 2 жыл бұрын
Maloo Lokofsa Akowentii solaa naaf Ergaa Adaaraaa
@bethelemoromititti1517
@bethelemoromititti1517 2 жыл бұрын
Kichukoo goftan ammayuu Ayyaanaa siif haa bayisuu 😍❤️🙏
@procell7301
@procell7301 2 жыл бұрын
Aboo barii kee haa ebifamuu
@xajjoogutu2588
@xajjoogutu2588 2 жыл бұрын
Waqaayoo baraajireenya keehaaebbisuu soliyee🙏🙏🙏🙏🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌
@alemayehuwakjira7337
@alemayehuwakjira7337 2 жыл бұрын
Himmm, farfannaa kana dhageeffadhee qufuun dadhabe. Waaqayyo sihaa ebisu oladeema.
@olyadutakele2141
@olyadutakele2141 2 жыл бұрын
OMG Ani jechaa hin qabu waaqayyoo si haa guddisuu💯
@ayantujesus5633
@ayantujesus5633 2 жыл бұрын
Ebifama dachaa ❣️📖🎶
@sanyii8781
@sanyii8781 2 жыл бұрын
Ayyuukoo 🌼💓
@AbdiiGoofta
@AbdiiGoofta 2 жыл бұрын
Ayantu maatii nafii ta'ii lubbiyyee
@bayisazewude2336
@bayisazewude2336 2 жыл бұрын
Solomonkoo, WAAQAYYOON umurii ijoollummaa keetii kaasee hanga bara dulluma keetti nama yaada isaa tajaajilu siyaataasisu.
@bisabeza9805
@bisabeza9805 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuffffffeeeee waaqaayoo Isaa keenaa kana SI keessaa ka,eef gallani haa taa uu Salmoon
@iluukoiluuko9943
@iluukoiluuko9943 2 жыл бұрын
Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ebbifama maqaa yesusiin darbaa adeemaa ❤❤❤❤❤👏👏👏
@sanyii8781
@sanyii8781 2 жыл бұрын
Iluukoo Maatii nuuf ta'ikaa Qomoo ofii💓
@abdigudeta593
@abdigudeta593 2 жыл бұрын
U are influential young guy .may God bless u more
@mimmimangash6445
@mimmimangash6445 2 жыл бұрын
Ebbiifamiii soolee mucaa kaakuu dachaa dacha ebbifamii
@alamituababa8598
@alamituababa8598 2 жыл бұрын
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@dawitdebela3448
@dawitdebela3448 2 жыл бұрын
Kanuma caalaatti ayyaanni waaqayyo siif haa baay'atu.Jabaadhu waaqayyo sifaana haa ta'u
@galoocawwaqa1620
@galoocawwaqa1620 2 жыл бұрын
Solomoon koo ebbifaamii haadhoo koo waqaayoo baraaf jirenyaa kee gutumaa baraa kee haa ebbisuu ebbifamii Tiruu koo 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💘💘💘💘💘💘💔💔💔😭😭😭😭
@amdeselassieayalew2908
@amdeselassieayalew2908 2 жыл бұрын
የሚገርም መዝሙር። ተባረክ፣ እደግ፣ ሁሌም ጌታን በዘመንህ አክብረው። እርሱም ያከብርሃል። Goftaan si haeebisu.
@techforsolution2505
@techforsolution2505 2 жыл бұрын
እውነት ነው! ጌታ ያከበሩትን ያከብራቸዋል!
@Lubbuu
@Lubbuu 2 жыл бұрын
😍
@AbdiiGoofta
@AbdiiGoofta 2 жыл бұрын
Meski maatii nafii ta'ii
@ayantumucaakakuu5952
@ayantumucaakakuu5952 2 жыл бұрын
Maski atilee kotu fsrfadhu sirbaa dhisi
@sifanijesus7503
@sifanijesus7503 2 жыл бұрын
Waqayoo'sisi'yaa garagaruu'nusii yaa'garagaru amini'farafanaa'kana irraa'waa'ubadhe
@gammachuudalasa7490
@gammachuudalasa7490 2 жыл бұрын
Guddaa guddaa ebbifami
@chalaasefa3168
@chalaasefa3168 2 жыл бұрын
Sool dhugaa waqqayyoo sii Eebbisuu
@mulugetatadesse1845
@mulugetatadesse1845 2 жыл бұрын
May God Bless this Young matured Boy, Amazing --Timely message
@peaceloveunity3079
@peaceloveunity3079 2 жыл бұрын
እንዴት ዘማሪ እንደሆንክ ታሪክህን ስሰማ እጅግ ጌታን አመሰገንኩት 🙏 ክብር ለጌታች ይሁን 🔥
@coconutt2565
@coconutt2565 2 жыл бұрын
Me to keber legzbher
@gelilaeeerkoo5579
@gelilaeeerkoo5579 2 жыл бұрын
Amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen thank waaqayoo barinha kaze yablxha anethyilee
@elisajesuslord9298
@elisajesuslord9298 2 жыл бұрын
Uuuuuffffffeeeee hale haleluyya goftani koo bara fi jirenya kee yaa hebisuu hebifmi hubaana fi oguma kanar sif yaa dablamuu
@darartuugadisaa6150
@darartuugadisaa6150 2 жыл бұрын
Ameeeeen ameeeee baleseraaa yakaas hojadheraaa yesuus araaraa araaaraa keeee yeees koooo 😭🙏🙏🙏🙏
@naziretyohanis7523
@naziretyohanis7523 2 жыл бұрын
God blessed you
@taddaluukumaagadda7671
@taddaluukumaagadda7671 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen waqayoo bara ke ya ebbisu mucaa gofta
@lensafikadu2115
@lensafikadu2115 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuuf yaa waaq ati nuuf araarami eebbifami atimmoo soleekoo baay'ee sijaallanna
@burtaatube5440
@burtaatube5440 2 жыл бұрын
Woow good bless you solaa God of man😍❤❤❤🙏🏻
@AbdiiGoofta
@AbdiiGoofta 2 жыл бұрын
Burtaa maatii nafii ta'ii
@sena_oro
@sena_oro 2 жыл бұрын
May my Heavenly Father bless you more and more. your our inspiration for young people out there🖤🙏🏽
@ogummatube856
@ogummatube856 2 жыл бұрын
Oromoo maatii naa ta'i
@ayeetuushow1103
@ayeetuushow1103 2 жыл бұрын
Ameen ameen ebifaamii waqaayoo si ebisuu❤
@kabbuub1408
@kabbuub1408 2 жыл бұрын
Uuuuuuffeyi waaqayyoo gooftaan barakee guutuu haa eebbisuu
@oliyadtube7661
@oliyadtube7661 2 жыл бұрын
This is what we call gospel song ❤❤❤❤ Sol God bless you
@AbdiiGoofta
@AbdiiGoofta 2 жыл бұрын
Oliyad maatii nafii ta'ii
@kenajitu1857
@kenajitu1857 2 жыл бұрын
Let our LORD JESUS keeps up on you this Grace!!! All Glory to GOD IN JESUS NAME!!!
@ogummatube856
@ogummatube856 2 жыл бұрын
Oromoo maatii naa ta'i
@dr.bokaimiru4713
@dr.bokaimiru4713 2 жыл бұрын
Eebbifami, ati mucaa waaqayyo dhoksee sikeessa galaa guddaa saba kanaaf kenneedha. karaa waaqayyoo irra hin mittiqin gara fuulduraattis, eebbifami.
@teferiaderetube1700
@teferiaderetube1700 2 жыл бұрын
He raised the level of Oromo gospel music one level up
@teferiaderetube1700
@teferiaderetube1700 2 жыл бұрын
Magnificent vocalist, perfect video production and amazing music mixing and I gave it excellent overall
@susufifitube2907
@susufifitube2907 2 жыл бұрын
Exactly my thought.
@Mecr7444
@Mecr7444 Жыл бұрын
ቀፋፊዎች
@HundaafTech
@HundaafTech 2 жыл бұрын
WOW_GOD_BLESS_U_SOL!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
@ogummatube856
@ogummatube856 2 жыл бұрын
Oromoo maatii naa ta'i
@HundaafTech
@HundaafTech 2 жыл бұрын
@@ogummatube856 Hayyee
@metibekele2797
@metibekele2797 2 жыл бұрын
Baayye farfana namti toludha gudda ebbifami Solomon
@denbelikeno3628
@denbelikeno3628 2 жыл бұрын
Eebbifami Solomoon waaqayyo ayyaana isaa ammayuu itti siif haadabalu
@ruhamaruhama
@ruhamaruhama 2 жыл бұрын
This important information good bless you more than sol
@sanyii8781
@sanyii8781 2 жыл бұрын
R💞👈
@tulilemu8023
@tulilemu8023 2 жыл бұрын
What an amazing song💚u are blessed young sola God bless u more!is grace on u keep ut up!brother
@cheltuteje4054
@cheltuteje4054 2 жыл бұрын
bayee bareedha
@jacobamsalu9910
@jacobamsalu9910 2 жыл бұрын
Sole Waaqayyo si haa eebbisu!! Namootni faarsaa kana nubiraan ga'uuf qooda gumachitan hundinuus eebiifamaa!!
@AbisheEntertainment
@AbisheEntertainment 2 жыл бұрын
Eebbifami Soolaa, Jaalladheera. Silaa akkas araaratu mala. Maalumaaf iyyuu HAMBAA ta'uun waan falaati.
@enochtd7287
@enochtd7287 2 жыл бұрын
U r a blessing for this generation
@lelisetola2090
@lelisetola2090 2 жыл бұрын
God bless you sole
@hassenhussin
@hassenhussin 8 ай бұрын
Thanks almighty God for His gift for you.
@anafbariidhuuferarab2485
@anafbariidhuuferarab2485 2 жыл бұрын
Uuuff ebifamiii sooloo mucaa kakuuuuu nuu maariiii🙇‍♀️
@chaltufayisa1400
@chaltufayisa1400 2 жыл бұрын
Uuuuufffeee kkaaa ebifami darbii demii nama dibata waqayo sii haa ebisu 🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋
@bireetube5049
@bireetube5049 2 жыл бұрын
God bless you ❤️
@dawitgariyo1989
@dawitgariyo1989 2 жыл бұрын
God bless you sol.
@chalasadata3185
@chalasadata3185 2 жыл бұрын
Waaqayyooo si haa ebbisuu.
@astermucaakakuuabdinkojira6727
@astermucaakakuuabdinkojira6727 2 жыл бұрын
Ebifamii Ebifamii Mucaa kakuu Solo Ebifamaa Ebifamaa dacha dachaa waqayyoo isn haa ebisuu Ebifamaa hundumati keessanu 🎺🎤🎻😍🙇🏾‍♀️🙇🏾‍♀️🙇🏾‍♀️🙇‍♂️🙏🙏💔💔🎼🎼🥁🎻🎸🎹🎙
@beteyegeta5087
@beteyegeta5087 2 жыл бұрын
አሜን አሜን አሜን 🙏🙏😍😍😍😍😍
@Creativelele
@Creativelele 2 жыл бұрын
I love Oromo song from Wolaita 😍
@seenaagulummaa7796
@seenaagulummaa7796 2 жыл бұрын
Ammee Ammee Ammee Ammee Ammee waqaayoo dachaani sii haa ebbisuu mucaa akaakuuu
@singermiretuchenekaofficial
@singermiretuchenekaofficial 2 жыл бұрын
Eebbifamikaa gatiikee waaqayyo siif halaatu!
@mergatesfsye9523
@mergatesfsye9523 2 жыл бұрын
Solomon god blessed you these is amaizing songs just when i heared music my heart beat rapidily increased.
@AbdiiGoofta
@AbdiiGoofta 2 жыл бұрын
Merga maatii nafii tayii qaali
@mergatesfsye9523
@mergatesfsye9523 2 жыл бұрын
@@AbdiiGoofta tole abdii koo
@boontuuyesus4508
@boontuuyesus4508 2 жыл бұрын
Ebbifamii hadhoo keenya waaqayyoo gooftaani si haa Ebbisuu ebbaf ta'i
@sifanrgasa6161
@sifanrgasa6161 2 жыл бұрын
Wow wow 😮Your Bless Solomoon❤❤❤
@sanyii8781
@sanyii8781 2 жыл бұрын
Siifu Maatii nuuf ta'ikaa Qomoo ofii💓
@darartuugadisaa6150
@darartuugadisaa6150 2 жыл бұрын
Dhugadhaaaaa soliii kooo uuuuuuuuuuf ebbifamiii 🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@bulodebesa2495
@bulodebesa2495 2 жыл бұрын
Waaqayyo si haa eebbisu obboleessa keenya!
@metiid6750
@metiid6750 2 жыл бұрын
God bless you bro!
@AbdiiGoofta
@AbdiiGoofta 2 жыл бұрын
Meti maatii nafii tahii
@saraalamu3189
@saraalamu3189 2 жыл бұрын
God bless you Sol
@AbdiiGoofta
@AbdiiGoofta 2 жыл бұрын
Sara maatii naaf ta'ii
@fanocasstu3183
@fanocasstu3183 2 жыл бұрын
Waaqayyoo waaqara si haa Eebbisuu sol!!!!!%%%%%%%
@abdiyoutube3819
@abdiyoutube3819 2 жыл бұрын
Waaqayoo isaa haa ebbisuu dadabale uuuuuufff 😭 ameen ameen ameen 🤲
@sanyii8781
@sanyii8781 2 жыл бұрын
God bless you Abundantly Sola 💞💞💞
@NardosTube
@NardosTube 2 жыл бұрын
Maatii naaf tahi sanyi
@ayotafa6755
@ayotafa6755 2 жыл бұрын
God bless you Solomon may God continue to give you more graces you need
@sanyii8781
@sanyii8781 2 жыл бұрын
Ayo 💞Maatii nuuf ta'ikaa Qomoo ofii💓🎉
@duressanurfeta5755
@duressanurfeta5755 2 жыл бұрын
WAAQAYYO inni mucummaa keetii kaase si dibe haa Eebbifamu! Ammayyuu Ayyaana isaa siifaa baay'isu!!! IYA 1:5-9 dubbifadhuu itti dhimma bahi!
@hirpaberesu8546
@hirpaberesu8546 2 жыл бұрын
Waaqayyo dachaa si haa eebbisu ayyaanasaa siif haa baay'isu
@namomsajirru9991
@namomsajirru9991 2 жыл бұрын
AMAZING SONG THANK YOU SOL!!
@gedefaamenu9274
@gedefaamenu9274 2 жыл бұрын
God bless you!!! faarfannaa addaati
@sanyii8781
@sanyii8781 2 жыл бұрын
Geda Maatii nuuf ta'ikaa Qomoo ofii💓
@roobee1353
@roobee1353 2 жыл бұрын
Sooleekoo waaqayyoo waayeekeef haa ulfaatu!
@fikirbetilehulum4663
@fikirbetilehulum4663 2 жыл бұрын
Sool Ebbifamii mucaa gooftaa. Hadaraa kee jabbaadhu amma jirtuu kanatti itti fufii waaqayyoo saa Ebbisuu Ayyaanna isaa sifi haa baay.isuu. 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏1️⃣0️⃣0️⃣✔️📖
@bizudaba5956
@bizudaba5956 2 жыл бұрын
God bless you 🙏❤
@AbdiiGoofta
@AbdiiGoofta 2 жыл бұрын
Bizu maatii nafii ta'ii
@dibooraaamanulee2818
@dibooraaamanulee2818 2 жыл бұрын
God bless you 🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@AbdiiGoofta
@AbdiiGoofta 2 жыл бұрын
Dibooraa maatii nafii ta'ii
@tarikeekuma7141
@tarikeekuma7141 2 жыл бұрын
Ebifamii dachaa Ayyaan waqayyoo dachaa sif haa bayatu
@hawii1034
@hawii1034 2 жыл бұрын
Uuuuffeeeeeeyyyy nun baallessin abba eebbifami muca kaaku
@maryamzeail118
@maryamzeail118 2 жыл бұрын
Amaizing
@AbdiiGoofta
@AbdiiGoofta 2 жыл бұрын
Maryam maatii nafii ta'ii
@yohannes7901
@yohannes7901 2 жыл бұрын
Oh I had no idea this is a gospel song. But it sounds great even though I do not understand Afan Oromo.😉
@melkamuwaktola5472
@melkamuwaktola5472 2 жыл бұрын
Waaqayyo dachaadhaan si haa eebbisu Solomoon! Ati nama Waaqayyo karaa kee nutti dubbatudha! Nuuf jiraadhu ; baay’ee si jaalanna si kabajna! Ati carraa qabeessadha hojii Waaqayyoo isa gaarii kana hojjechuu keetti! Sin jaaladha baay’ee ❤️🥰❤️🥰
@tsahaayiwaagari3632
@tsahaayiwaagari3632 2 жыл бұрын
Ameeeen waaqayo gooftan maaca sii haa ebiisu Ebiifami daarbii deemi
@lattuoromiyaatube2467
@lattuoromiyaatube2467 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Waaqayyoo gooftan sagalee jireenya si yaa dhageessu eebbiifami obbooleessa keenya 🙏🥰❤️ Maaloo nuuf araaramii gooftan yesus koo 😭🤲😭🤲💔💔❤️
@sanyii8781
@sanyii8781 2 жыл бұрын
Lookee💓
@sisayoljera3261
@sisayoljera3261 2 жыл бұрын
I blessed you sol, in the power vested on me by heavenly father. Stay smile and blessed.
@damisemakura4958
@damisemakura4958 2 жыл бұрын
Ayyaanni waaqayyoo dachaa dachaa sirratti haa baay'atu soora keef gudda eebbifami!!!
@dabalaadugna2581
@dabalaadugna2581 2 жыл бұрын
Waaqayyo jabina sirratti haa hambisu !!!!!!!!!!!!!
@lelolove2999
@lelolove2999 2 жыл бұрын
God bless 🙌🙏❤💖✨♥🙌🙏
@sanyii8781
@sanyii8781 2 жыл бұрын
Leli 💞Maatii nuuf ta'ikaa Qomoo ofii💓🎉
@AbdiiGoofta
@AbdiiGoofta 2 жыл бұрын
Lelo maatii nafii tayii bareeduu koo
@Biniyam_Adisu
@Biniyam_Adisu 2 жыл бұрын
ትርጉም ብታስቀመጥሉን መልካም ነው። እግዚአብሔር ይባርክህ ወንድሜ!❤
@AAbus-vu9ex
@AAbus-vu9ex 2 жыл бұрын
Dhugadha yaa gofta kenyaa Arara sin jena Eebbifami
@abbaamarroo9682
@abbaamarroo9682 2 жыл бұрын
Eebbifami qaaliikoo
@amanuelmengistu7725
@amanuelmengistu7725 2 жыл бұрын
May my almighty God bless you abundantly!
TOKKO HAA TAANU : SOLOMON ALEMU
7:17
WAKJIRA TUBE
Рет қаралды 1 МЛН
Faarfannaa Adda Addaa
1:17:42
Winners Way
Рет қаралды 303 М.
When You Get Ran Over By A Car...
00:15
Jojo Sim
Рет қаралды 20 МЛН
Me: Don't cross there's cars coming
00:16
LOL
Рет қаралды 14 МЛН
버블티로 체감되는 요즘 물가
00:16
진영민yeongmin
Рет қаралды 111 МЛН
MAGARSAA BAQQALAA  FAARFANNAA _@2016
18:44
Amanti studio
Рет қаралды 24 М.
LATTUU: SOLOMON ALEMU (Official video)
6:40
Solomon Alemu official
Рет қаралды 2,8 МЛН
Haacaaluu waliin firummaa qabduu?  Faar. Solomoon Alamuu
28:58
Qaanqee Show
Рет қаралды 86 М.
GALATA: GUTU SHIFERA
4:37
WAKJIRA TUBE
Рет қаралды 272 М.
Jalqaba Waan Hundaa F/ttuu Magartuu Guutaa|Faarfannaa Ortodoksii Tawaahidoo Oromiyaa|#sambe_tube
8:44
Sambe Tube ሰንበት ትምህርት ቤቴ
Рет қаралды 75 М.
Baacaa Bayyanaa: Hin Darbe 2006 VCD
44:28
Ulfina Tube
Рет қаралды 128 М.
SHILINGII ITTI HIN BAAFNE: DAWIT GIRMA
8:16
WAKJIRA TUBE
Рет қаралды 1,8 МЛН
DAWAA LUBBUU | LIDIYA DERESSE | New Afaan Oromo Live Worship @araratvworldwide
12:01
Kendrick Lamar - Not Like Us
5:55
KendrickLamarVEVO
Рет қаралды 40 МЛН
Sadraddin - Jauap bar ma? | Official Music Video
2:53
SADRADDIN
Рет қаралды 8 МЛН
ИРИНА КАЙРАТОВНА - АЙДАХАР (БЕКА) [MV]
2:51
ГОСТ ENTERTAINMENT
Рет қаралды 14 МЛН
Ozoda - JAVOHIR ( Official Music Video )
6:37
Ozoda
Рет қаралды 10 МЛН
Jakone, Kiliana - Асфальт (Mood Video)
2:51
GOLDEN SOUND
Рет қаралды 3,7 МЛН