TOKKO HAA TAANU : SOLOMON ALEMU

  Рет қаралды 1,044,462

WAKJIRA TUBE

WAKJIRA TUBE

3 жыл бұрын

Topic: TOKKO HAA TAANU
Singer: #SolomonAlemu
Producer: #WAKJIRATUBE
Music: Minase
Presenter: #HooqubaaFilms
Director: DESU WAKO
#WAKJIRATUBE brings you #Oromo #gospel songs from Ethiopia. Thank you for watching and subscribing.

Пікірлер: 716
@booni7034
@booni7034 3 жыл бұрын
God bless you broye ...❤ 🙏😥😥💔 Dhugaa refun yadadhee Solomon muca xiqaa tatee farfatuu omg dhugaa waqayoo dibataa sif yadabluu nuf jiradhuu ebifamii ❤❤❤🙏🙏🙏🙏
@segnibekele2093
@segnibekele2093 3 жыл бұрын
Boni💜💞 ani maatii siif ta'eera atis naaf ta'ikaa💞👈💕
@mohammedhussein1073
@mohammedhussein1073 3 жыл бұрын
Inni faaruu amantii kirisaataanaa tahu ni beeka. Garuu waan oromoon koo itti jiruuf gorsa guddaa qabuudha. Galatoomi galanni kesssan guddaadha.
@segniorollic7830
@segniorollic7830 3 жыл бұрын
galatoomi obboleessakoo sinjaalladha
@mohammedhussein1073
@mohammedhussein1073 3 жыл бұрын
@@segniorollic7830 anis qomoo koo naaf jiraadhu 🙏
@abrahamalemayehu6445
@abrahamalemayehu6445 3 жыл бұрын
@@mohammedhussein1073 Leenca koo Waaqayyo si haa eebbisu!
@NatiMan-zi2gv
@NatiMan-zi2gv 2 ай бұрын
Yup 😊😊😢
@waanofiioromiya3430
@waanofiioromiya3430 3 жыл бұрын
mucaa kakuu baayyee sii jaladhaa farsa kee jalqabaa bayyeen jaladhaa alkanii guyya dhagefadhaa yeroo sana amanta biraa kesaa jiraa amaa garuu amneen jiraa waqaayyoo sii yaa ebisuu kanumaa calaa jabadhu
@laniefufa3481
@laniefufa3481 3 жыл бұрын
OMG ani jechaa hin qabu waaqayyoo sii haa eebbisuu 😥😥😥🙏🙏🙏🙏🙏
@user-mj2je7js6i
@user-mj2je7js6i 3 жыл бұрын
እግዚአብሔር ይባርካችሁ መዝሙሩ ትልቅ መልዕክት አለው አንድ ያድርገን ኦሮምኛ ሰማለሁ እናገራለሁ ስፅፍ ስለምሳሳት ነው ሁላችንም ስለ ሰላም ፍቅር አንድነት ተግተን መፀለይ አለብን
@yaaddoo_tube1339
@yaaddoo_tube1339 2 жыл бұрын
Ř
@AlemTujo
@AlemTujo 7 ай бұрын
Ameeeeen
@ararsadesisa3063
@ararsadesisa3063 3 жыл бұрын
"Biyya keenyaaf si dhugaadhaan kan araarsu jaarsi" , Yaa Waaqayyo nu araarsi.
@naatoojaalalaanb1023
@naatoojaalalaanb1023 3 жыл бұрын
Maati naf TA'II
@obseetasgaraobsee7114
@obseetasgaraobsee7114 3 жыл бұрын
Waaqayyoo saa haa ebisuu solomon goofttan. Bara jireenyaakee haa ebisuu Ebifama dachaa waqqyyo. Haa ebifamuu waan hundumaa keessati isaa sin gargaree. Haa ebifamuuuu😍😍❣❣❣❣❣❣❣❣❣💟💟💞💞💞💝💝💝💝💝💝💝💝💝💞💞💞
@SamiTubeAbdiiWaaqayyoKenne
@SamiTubeAbdiiWaaqayyoKenne 3 жыл бұрын
subscribe waliif ha goonu
@obseetasgaraobsee7114
@obseetasgaraobsee7114 3 жыл бұрын
@@SamiTubeAbdiiWaaqayyoKenne tole
@bisanebisanefiqaduu2274
@bisanebisanefiqaduu2274 3 жыл бұрын
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲❤❤😭😭😭😭
@bisanebisanefiqaduu2274
@bisanebisanefiqaduu2274 3 жыл бұрын
Ebifama dachaa saha ebifama
@obseetasgaraobsee7114
@obseetasgaraobsee7114 3 жыл бұрын
@@bisanebisanefiqaduu2274 ameen atis ebifamii
@Obsii365
@Obsii365 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuffffeee Waaqayyoo si haa eebbisuu Eebbifamii dachaan Sola 😍😍 Tokko Haa Taanu Ameen 😢🙏
@astertadese4489
@astertadese4489 3 жыл бұрын
ጌታ እየሱስ ዛማን ይበርክ ዎድሜ እድሜና ጤናይስጥ የቆንቃ በለቤቴ እግዘብሔርን ነው
@mohamedalsha3er133
@mohamedalsha3er133 3 жыл бұрын
Uuuuffffffffff ameen ameen
@taboteugare6649
@taboteugare6649 3 жыл бұрын
Dogongora qaba namni hundumtuu Qulqulluun Waaqayyoo!!! Eebbifami sol
@naatoojaalalaanb1023
@naatoojaalalaanb1023 3 жыл бұрын
Maati naf TA'II
@kiiyyasumaabdiinkoojesus5468
@kiiyyasumaabdiinkoojesus5468 3 жыл бұрын
Uuuuuuffffffff Ameeeen bara baraan Ebiifamii waaqayyo sii haa Ebiisuuu nuuf Guudadhu hadhookoo
@shawayyeeambooCor
@shawayyeeambooCor 3 жыл бұрын
Uuffii eebbifaami guddaadhu waaqayyoo umurriikee haa dherreessuu.waaqayyoo tokkummaa nuuf haa kennuu.kana dhabnee baraa keenyaa kana keessaa. Ayyaanni kun siif haa dabalamuu.xinnuummaa keetin inni sii filaatee waaqayyoo haa eebbifaamu jabadhuu.
@tadjoukhodor4794
@tadjoukhodor4794 3 жыл бұрын
Uuuufffff tokko haa tannu dhugaa dha ebifamii mucaa kakuu💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓
@ahmadsabbah4383
@ahmadsabbah4383 3 жыл бұрын
woow mucaa biyyaako waqayyo si ha ebbiisu guddadhu
@senayetgerma4308
@senayetgerma4308 2 жыл бұрын
አንተ. የጌታ. በርያ. ይብዛልህ. ይጨምርልህ. ባንተተ. መዝሙር. ተባርኬለው. ተባረክልኝ. አመሜን
@netsahonkubeeyesus1667
@netsahonkubeeyesus1667 3 жыл бұрын
በመረዝሙሮችክ እጀግ ተባርኬ እየፈለኩ ሰማሁህ ጌታ እየሱሰ ከዝህ ክፉ ዘመን ይጠብቅክ ሶሳሁልክ ለምልም ውንድሜ
@user-dd4kc5si9u
@user-dd4kc5si9u 26 күн бұрын
Soliko Qaliko nagadhyi ati jabdu muca kaku Ebifami ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@bebe9369
@bebe9369 3 жыл бұрын
Ameeen ebbifamii Saloo koo ayyani siif haa bay’atuu mucaa kakiu🙏🙏🙏
@ratnakumar6599
@ratnakumar6599 3 жыл бұрын
Ameeen Ameeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeen Ameeeen Ebbifamii mucaa kakuu dabrii Faraandhu Amayyuu homaaun hin qabani
@wudineshshumba7738
@wudineshshumba7738 3 жыл бұрын
Anatuu duraa lalee lek godhee mee warii solomon jalatan lek godhaa
@WAKJIRATUBE
@WAKJIRATUBE 3 жыл бұрын
2ffaa dha ati.
@wudineshshumba7738
@wudineshshumba7738 3 жыл бұрын
@@WAKJIRATUBE kkkk tolee garu link natu tokofa maxanse fb iratii
@WAKJIRATUBE
@WAKJIRATUBE 3 жыл бұрын
@@wudineshshumba7738 Tole, Facebook irratti tokkoffaa baateetta! Ani reefuun maxxansa. KZfaq irratti comment gochuu nama tokkotu si durse jechuukooti...Guddaa eebbifami!!
@user-en3pl9eo9n
@user-en3pl9eo9n 2 ай бұрын
Saalamon,ee biifamii​@@wudineshshumba7738
@koofiabdiijiraa6338
@koofiabdiijiraa6338 3 жыл бұрын
Ameen Ameen ebbifamii mucaa kakuu uuuuufffee Ayyaani Waqqaayyoo dachan sif haa bayyatuuu
@seenaayohanis4127
@seenaayohanis4127 3 жыл бұрын
Dhugaadhaa waqaayyoo haa maruu goftaa waqaayyoo baraa fi jireenyaa keessani haa eebbisuu
@ratnakumar6599
@ratnakumar6599 3 жыл бұрын
Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ebbifamii mucaa kakuu gooftaani Si ya Ebbissuu bara keenya kee gutumaati Ebbifamii dachaa dachaaa
@daffaaruuboggaalaa5614
@daffaaruuboggaalaa5614 3 жыл бұрын
Gooftaan Bara kee hundaa kan eebbaa siif haa godhi!! Eebbi Ayyaana isaa sirratti haa roobu dabalee
@naatoojaalalaanb1023
@naatoojaalalaanb1023 3 жыл бұрын
Maati naf TA'II
@tizitaabiyyansaa5050
@tizitaabiyyansaa5050 3 жыл бұрын
Uuffee tokko haa tanu malo 😥 #sole koo albudaa dhalotaa Eebbifami qaxalekoo
@yonaskeneaministry5036
@yonaskeneaministry5036 3 жыл бұрын
Jaalladheera! namoota hojii kanma keessatti qooda fudhatan galatoomaa jechuun barbaada!
@SamiTubeAbdiiWaaqayyoKenne
@SamiTubeAbdiiWaaqayyoKenne 3 жыл бұрын
subscribe waliif ha goonu
@nagosidxb9488
@nagosidxb9488 3 жыл бұрын
Ebbifama muca gofta..Ayyanna irrati ayyana keennarati keenna sif hakenuu tirukoo
@Kiiyyaa3996
@Kiiyyaa3996 3 жыл бұрын
ebifamii muca kakuu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏😍😍😍😍
@shamugobe190
@shamugobe190 3 жыл бұрын
@@SamiTubeAbdiiWaaqayyoKenne 0
@SamiTubeAbdiiWaaqayyoKenne
@SamiTubeAbdiiWaaqayyoKenne 3 жыл бұрын
@@shamugobe190 subscribe siif godhee maatii siif tahera kunoo..... Atis naf tahi
@segnibekele2093
@segnibekele2093 3 жыл бұрын
Woow it's amazing. May God multiply his grace upon you Solomon💕💕💕💕
@wallmajali823
@wallmajali823 3 жыл бұрын
Hi
@ethiomusic3158
@ethiomusic3158 3 жыл бұрын
ምርጥ ብላቴና ደስ የሚል ዝማሬ ነው… በርታ!
@meseretalemu1693
@meseretalemu1693 3 жыл бұрын
Amen amen waqayoo hawwi kee sif ha galman sif ha gahuu sabaa Kenya Tokko sif ha godhuu galatomii ebiifamii soliye si kabajnaa
@BiftuYonas-l3o
@BiftuYonas-l3o 12 күн бұрын
Waaqayyo bayyee si jaalata sooliye jabaadhuu
@maasiitube3782
@maasiitube3782 2 жыл бұрын
Solaaaaa kenyaa Nuuf guddadhuu malooo Osoo Yeroo Hunduma Farfaannaadhuma gadii nuu dhistee
@Samsung123-eo3ej
@Samsung123-eo3ej 22 күн бұрын
Eeebbifami sol waqayyoo si ha eebbisuuu❤❤❤❤❤
@tube-mo2hy
@tube-mo2hy 3 жыл бұрын
አሜንንንንን አሜንንንንን ቆንቃ ባይገባኝም ውስጠን የምነካ መዝሙር ነው ተባርክልኝ የኔ ወንድም 😍😍
@aschalewabera6088
@aschalewabera6088 3 жыл бұрын
Andi enihun lemin ...re isu nw
@wallmajali823
@wallmajali823 3 жыл бұрын
Hi
@anihinleeyyauucaalaa7989
@anihinleeyyauucaalaa7989 3 жыл бұрын
Akkam gonna akkam gonnaa akkami nuu wallaalle faallisa kami 🤲🤲🤲ebbifami mucaa foo'atama
@almjabisa3474
@almjabisa3474 3 жыл бұрын
Uffffffffeeeeee maalo goofta nu deebisi adaara
@boontuuwakjira5138
@boontuuwakjira5138 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuufffffffffeeeeee waaqayo sa eebbisu farfaanakee hundi laphee nama cabasa
@fenanbayissa.f4855
@fenanbayissa.f4855 3 жыл бұрын
Sool keenya waaqayyo si haa eebbisu, akkas malee nama waaqayyoo Ammallee waaqayyoo ayyaana kennaa faarfannaa daddabalee siif haa kennu. Nuuf jiraadhu si jaalanna.
@ratnakumar6599
@ratnakumar6599 3 жыл бұрын
AmeeenAmeeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ebbifamii mucaa kakuuu
@ratnakumar6599
@ratnakumar6599 2 жыл бұрын
Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ebbifamii dabrii faraanadhu mucaa kakuu
@shagashaga5361
@shagashaga5361 3 жыл бұрын
አሜን አሜን አሜን፣ ብሉይ ኪዳን ላይ ብቻ፣ ታበረክ፣የጌታ ልጅህ👏👏🙇🙇❤🙌🇬🇭🅰✔
@user-lt6om3oj8s
@user-lt6om3oj8s 4 ай бұрын
Ameeeeeeeen ebbifamii ararara nufaa godhu waqayyoo
@BirhaneSanbeta
@BirhaneSanbeta Ай бұрын
Soolee waqaayyoo ebasa dachaa sif haa dabaluu dalooni midiya KZfaq fayadatani fakkeenya nufa ta,uu maaloo soolee koo ebiifamii 🙏🙏🙏♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
@saamiiraabdurahaman7399
@saamiiraabdurahaman7399 2 жыл бұрын
Ebiifaami daacha daamakoo waaqayoo siiha ebiisuu
@AstereTaddase
@AstereTaddase Ай бұрын
Waaqayyo jireenya Kee ha ebiisuu Eebbifamii
@haanaasiijaladhaoromookoo4002
@haanaasiijaladhaoromookoo4002 3 жыл бұрын
gooftaan sii haa Ebisuu dachadhaan ❤❤👏👏👏
@alainalain2199
@alainalain2199 3 жыл бұрын
Ebifami Ebifami Ebifami waqaayyoo si ebisu mucaa kakuu
@berhanebajiga746
@berhanebajiga746 3 жыл бұрын
Ameen eebbifami mucaa kakuu waaqayyoo si haa eebbisuu dachaan faarsi ammayyuu
@waktolalamesa9475
@waktolalamesa9475 3 жыл бұрын
wow!!!!!! Waaqayyoo umurii kee nuuf haa dheeressu!!!!!! Waaqayyo si waliin jira,jabaadhu!!!!!! kennaa addaa Waaqayyoo siif kenneera ati Waaqayyootti guddaa gammadi!!!!!!!!!! hafii jiraadhu!!!!!!! yoomiyyuu ayyaana kanaan mo'icha argadhu!!!!!!!!
@SentaDhunfa
@SentaDhunfa 28 күн бұрын
Baye nammati tola Ebifam
@meselechersado9315
@meselechersado9315 2 жыл бұрын
ቋንቋን ብዙም አልችለውም የቋንቋ በለቤት እግዝ/ር ነውና የፈጣር ፀጋ ይብዛልህ ይጨመርልህ
@kiisiiTube
@kiisiiTube 3 жыл бұрын
Guddaa ebbifama Namoni farfana kana dhagefataan keessati ofi ilalaa me😭
@geexeegudisaa4206
@geexeegudisaa4206 3 жыл бұрын
Dhugadha
@fstomafa4594
@fstomafa4594 3 жыл бұрын
Drama
@genetgetahun3381
@genetgetahun3381 3 жыл бұрын
Uuffeee farfana bareeddaadha ❤❤❤❤ dafee guddate mucaani kuni ammasi waan hunduman guddadhu.😍😍
@martyfeyissa
@martyfeyissa 24 күн бұрын
Ameeeeeeen Ameeeeeeen nufii gudadhuu🎉🎉🎉🎉
@martadastas8703
@martadastas8703 3 жыл бұрын
Uuuuuuufffffffii waqayoni da ale si ha ebisu
@bayisadebele180
@bayisadebele180 3 жыл бұрын
waaqayyoo guddaa ayyaanaa isaa siif haa dabalu irraa sooradheeraa kennaa kana caaluu siif haa dabalu darbii deemi waaqayyoo si waliin haa ta'u !!!
@sinbokoojesus6208
@sinbokoojesus6208 3 жыл бұрын
Uuuuuffffeeee Waaqayyoo Eebba Isaa Dacha Sirratti Haa Dhangalassuu Muca Kakkuu Darbi Deemi Maqaa Yesusin 🙌🙌🙌😍😍😍😍
@BELDA143H
@BELDA143H 3 жыл бұрын
Ammeen waqqayoo tokko nuu haa godhuu Gooftan sii haa ebbisuu soliyee
@mesitesfaye1233
@mesitesfaye1233 3 жыл бұрын
Ameen Solomon amasi kanuma caalati ayyaàni gofta sifi yaa baay'atuu
@lamisafkebedeofficial5177
@lamisafkebedeofficial5177 3 жыл бұрын
soliyee waaqayyo umurii kee nuuf haa dheereessu! namonnii hojii kana keessaatti qoda fudhatan hunduu eebbifama. Ase koo jiradhu
@cololkololee462
@cololkololee462 3 жыл бұрын
Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen waqayyoo dachaa dachaa sihaa ebbiissuu solomon mucaa kakuu halii kamuu si qabuu hin dandaiin ebiifaamii
@Fekrt-cu3pb
@Fekrt-cu3pb 28 күн бұрын
Hin ebifami sol waqayo sii yaa ebisuu 💞💞💞
@yadesashiriofficial1379
@yadesashiriofficial1379 3 жыл бұрын
Afaan gurbattii kanaa dibamaa dha!!!!!! Soliye koo eebbifami! Waaqayyo nu haa gargaaru!!
@laliserak1516
@laliserak1516 3 жыл бұрын
Ameen Ameen waaqayyoo tokko nu godhii 🤲🤲🤲🤲🤲🤲
@ayantumucaakakuu5952
@ayantumucaakakuu5952 3 жыл бұрын
uuuuuuuuyuffffffffffffeeeeeee sol ebbifamaakoo bagaa hafuuratiis fonnitiis nuf guudatee
@shitteeashabir3618
@shitteeashabir3618 3 жыл бұрын
Thanks God NAMA akkassi dhaloottaf ergaa dabarsu nuuf haa kasssi ufffeee sinboo qabeessa koo jaabadhu❣❣🤲🙌🙌👍👍👍
@shelinshelin9108
@shelinshelin9108 3 жыл бұрын
Waaqayyoo waaqaraa baraaf jirenyaa kee haa ebbisuu ebbifamii Ayyaani gooftaa dachaa siif haa bay'atuu🙏🙏🙏🙏🙏
@Samsung-gv4lb
@Samsung-gv4lb 3 жыл бұрын
Waqayyo dachaa sihaa Eebbisuu
@alemiamenou6580
@alemiamenou6580 3 жыл бұрын
Waaqayyoo gooftaan dachaa isiin haa eebissuu Ebbifamaa hundumtii keessan yesus goola keessan haa ebissuu guddaa galatomaa😍😍😍😍😍😍
@gemedahebeno
@gemedahebeno 3 жыл бұрын
Ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeen Waaqayyoo baraaf jireenya kee haa eebbisuu ani yeroo baay'ee faarfannaa keen dhageeffadha kanaaf ammayyuu inni caaluu siif haa kennamuu say amen yoh 1:50....................................
@irpeaba8330
@irpeaba8330 Жыл бұрын
Wwwwoooo Amini ebifami lubuko
@duledebeli1800
@duledebeli1800 3 жыл бұрын
Waaqayyoo Gooftaankoo sihaa eebbisu muca kakuu kan akkakee dabalee waaqayyoo nuuf haa kaasuu Ayyanni siif haa dabalamu
@fenithabdula1119
@fenithabdula1119 3 жыл бұрын
Uuuuuuufffffeeeeee Waqayyoo bara fi jireenyaa kee haa ebbisuu
@ratnakumar6599
@ratnakumar6599 2 жыл бұрын
Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ebbifamii mucaa dibata darbii faraadhu male maqa yesuskristosni
@comnaafjiradhuu2728
@comnaafjiradhuu2728 3 жыл бұрын
Amen eebbifamaa Dhugaa jetee mucaa kakkuu
@metiiiwallaga3427
@metiiiwallaga3427 3 жыл бұрын
Nu ararsii maloo waqayyo😭😭😭😭 Ameeen Ameeen Dacha waqayyo baraf jirenya ke Ha ebisuu ebifamii🎤🙏🙏🙏🙏
@SamiTubeAbdiiWaaqayyoKenne
@SamiTubeAbdiiWaaqayyoKenne 3 жыл бұрын
subscribe waliif ha goonu
@metiiiwallaga3427
@metiiiwallaga3427 3 жыл бұрын
@@SamiTubeAbdiiWaaqayyoKenne tolee😍
@SamiTubeAbdiiWaaqayyoKenne
@SamiTubeAbdiiWaaqayyoKenne 3 жыл бұрын
Anillee siif godheera
@bellalebanon1320
@bellalebanon1320 3 жыл бұрын
Uufffee ameeen waaqayyo tokkuma nuuf haa kenuu ebbifamii mucaa waaqayyo nama ebba ta,I maqaa yesusin
@user-zv1yb4nb2x
@user-zv1yb4nb2x 3 жыл бұрын
Ameen waqayoo abbaan koo dabale dabale si'a ebisuu ayyanii waqayoo dacha dachadhan siif haa bay'atuu 🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲❤❤❤💞💞💞
@bachakebede8553
@bachakebede8553 3 жыл бұрын
Ayyaanni waaqayyoo siif haa baay'atuu ....Ayyaanni wal jalaachuu nuf haa baay'atu
@hawii1034
@hawii1034 3 жыл бұрын
Ebbifami mucaa kaaku daacha dibanni sif haa daabalamu
@bontubontuifraj2971
@bontubontuifraj2971 3 жыл бұрын
Uuuuuuuufi waqayoo barfi jirenya kee gutu siya ebisuuu ebifamii dacha Dachaaa nama kakuuu 🙏🙏
@caaltuzawude2056
@caaltuzawude2056 3 жыл бұрын
Ammen ebifamii gudadhuu waqayyo ayana isaa sif haa bayisuu bayye nama gamachisa 🙏📖🙏
@galaneudesa6936
@galaneudesa6936 Жыл бұрын
Waaqayyoon si ha gudiisuu!! Latii dararii
@samuelabebe7375
@samuelabebe7375 3 жыл бұрын
waaqayyo gooftaan barakee jireenyakee haa ebbisuu kanaa caala ogummaa fi hubanaa siif haa laatu sol
@gemechisbayisa8546
@gemechisbayisa8546 3 жыл бұрын
Baay'ee namatti tola...waan goonu wallaalleem
@biranubakare9786
@biranubakare9786 3 жыл бұрын
Tokko Haa Taanu, Dhugaadha Eebbifamii 🙏🙏🤲
@eldanaendalew3519
@eldanaendalew3519 Жыл бұрын
Yemigermew ye geta tsegaw befitu lay yetayal abet metadel ahunm yatereferefeh kal yelgnm kezi belay!
@kenenitadele81
@kenenitadele81 3 жыл бұрын
Waqayyoo waqaraa sihaa ebbisuu ebbifamii😭😭dhugadha waqayyoo debisaa hundumaa kenyaaf nufalatuu
@biqiltuuambooko4686
@biqiltuuambooko4686 3 жыл бұрын
Ammmeen goftan baraake ha, ebisuu ebifamii 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️💖💖💖💖💖isini ha, ebisuu yesusko
@boneeobsituu2215
@boneeobsituu2215 3 жыл бұрын
Ebifamii ayaanni sifa dabalamu ammayuu👏
@derartukebede1054
@derartukebede1054 3 жыл бұрын
Waqayyoo,baarafi jireenya kee haa eebbisuu, eebbifami guddadhu nuuf jiraadhuu
@sabontuui8683
@sabontuui8683 3 жыл бұрын
Uuuuuuffffeeee farfana kana waqayyoo baraakee haebbisuu mucaa dibbata Ebbifamiiiiiiiiiiiiii
@dameabaye5422
@dameabaye5422 Жыл бұрын
Soliye faarsaankee hunduu naebbisa guddaan sijaalladha gooftaan barakee haebbisu .
@merkebedechesa6940
@merkebedechesa6940 3 жыл бұрын
Galalatomii baay'ee nama dinqa farfana Aja'ibaa 💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚
@cheli1937
@cheli1937 Жыл бұрын
Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen hebifamaa saba waqaayyoo 🙏🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@birishee9389
@birishee9389 3 жыл бұрын
Faarfaataa soolomon waaqayyoo dachaa isinii haa ebbisuu jabadha itti fufaa waaqayyoo si gaaragaruu💯💯💯💯💯💯💯💖💗💓💞🧡💛
@ppp7076
@ppp7076 3 жыл бұрын
Bagaa tokkichaa kenyaa ta'ee goftanii kenyaa ebbifammi mucaa waqqaa
@bekelchetemesgan1593
@bekelchetemesgan1593 3 жыл бұрын
Waqayyoo barafi jirenyaake dachaa godhee haa ebbisuu ebbfami mucaa kakuu
@kenateformeefa2110
@kenateformeefa2110 2 жыл бұрын
Ebifama Waqaayoo
@sintayehudocho7146
@sintayehudocho7146 3 жыл бұрын
Solo kana caala waqaayyoo goftaa ayaanasa sif haa baayiisu ebifammii jalaatamtoota kirstoos ebbifama gaaffi biyya keenyaf iyesuus qofatuu deebii qabaa jabadhaa
@nemomsawegari117
@nemomsawegari117 3 жыл бұрын
Uffeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeee! Waaqayyo Sihaa eebbisu,keessumaa nuti amantootni tokko taanee waa'ee tokkummaa haa calaqqisiifnu
HAMBAA: SOLOMON ALEMU
7:28
WAKJIRA TUBE
Рет қаралды 1 МЛН
HAA GALU : SOLOMON ALEMU (Official Video)
5:50
Solomon Alemu official
Рет қаралды 769 М.
Gym belt !! 😂😂  @kauermtt
00:10
Tibo InShape
Рет қаралды 14 МЛН
ПРОВЕРИЛ АРБУЗЫ #shorts
00:34
Паша Осадчий
Рет қаралды 6 МЛН
Double Stacked Pizza @Lionfield @ChefRush
00:33
albert_cancook
Рет қаралды 81 МЛН
Little girl's dream of a giant teddy bear is about to come true #shorts
00:32
SAMII BANAMAA: ABRAHAM TARE
7:16
WAKJIRA TUBE
Рет қаралды 4,8 МЛН
Faarfataa  Dabalaa Tolasaa fi Faarfattuu Eebbisee Gooshuu || Lafee Kooti !
6:43
DURAANUU | GELANA GAROMSA| New Oromo music 2023 |Galaanaa Gaaromsaa|
6:00
GOOTA MARARAA-YADESA SHIRI:-Ethiopian Afan Oromo Protestant Song.
7:39
Yadesa Shiri Official
Рет қаралды 3,4 МЛН
SHILINGII ITTI HIN BAAFNE: DAWIT GIRMA
8:16
WAKJIRA TUBE
Рет қаралды 1,8 МЛН
WAYYAAREE: SINGER SOLOMON ALEMU (Official Video)
7:08
Solomon Alemu official
Рет қаралды 1,9 МЛН
Lubbuun Koo - Bonney Wakjira & Fenan Befkadu (Official Video)
6:15
Fenan Befkadu
Рет қаралды 4,9 МЛН
HINRAAFAMINAA Abraham Tarre new music Video 2022
7:12
Abraham Tarre Official
Рет қаралды 1,9 МЛН
Doston Ergashev - Kambag'alga (Official Music Video)
5:32
Doston Ergashev
Рет қаралды 4,7 МЛН
Zattybek & ESKARA ЖАҢА ХИТ 2024
2:03
Ескара Бейбітов
Рет қаралды 544 М.
BABYMONSTER - ‘FOREVER’ M/V
3:54
BABYMONSTER
Рет қаралды 93 МЛН
Malohat
3:35
Xamdam Sobirov - Topic
Рет қаралды 1 МЛН
Әбдіжаппар Әлқожа - Ұмыт деме
3:58
Әбдіжаппар Әлқожа
Рет қаралды 815 М.
Jaloliddin Ahmadaliyev - Kuydurgi (Official Music Video)
4:49
NevoMusic
Рет қаралды 7 МЛН
Iliyas Kabdyray ft. Amre - Армандадым
2:41
Amre Official
Рет қаралды 1,5 МЛН