Hospitaalli waggoota 10niin dura Sabbataatti eegalame maalirra jira. qophii caayaarratti.

  Рет қаралды 23,665

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

4 ай бұрын

Qophii Caayaa, Magaalaa shaggaritti Hoji gaggeessaa Kutaa Magaalaa Sabbataa obbo Merid Immiruu waliin turtee taasifame. Hospitaalli wagoota 10niin dura Sabbataatti eegalame maalirra jira. hojiileen misoomaa walii galaa magaalattii maal fakkaatu.
Odeeffannoon wayitaawaa bakka jirtanitti akka isin qaqqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa OBN irraa argachuu yoo feetan:
Yuutuubii: KZfaq.com/OBNoromiyaa?sub_confirmat...
Feesbuukii OBN Afaan Oromoo: / obnafaanoromo
Feesbuukii OBN Horn of Africa : / obnhornofafrica
Feesbuukii OBN Afaan Amaaraa:- / obnamharic
Feesbuukii OBN Afaan Ingilizii:- / obnenglish
Tiktok : / obncyber
Tiwiiterii: / obnoromiyaa
Teeleegraamii:t.me/OBN_VoiceOfthepeople
Raadiyoo OBN zeno.fm/radio/obnradio/
Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif ulfaadhaa.
OBN Sagalee Uummataa

Пікірлер: 116
@user-go3sy9po6b
@user-go3sy9po6b 4 ай бұрын
Please oromo mucaa kanaa jabeessaa rabbiinuf haa bulchu isinis bira dhaabbadha waan guddaa hojjataa jiraa garu Anawaar of eegadhu gadheen dantan isii jalaa tuqamnan si galafatti warri abbaa garaa ati jabaadhu garu please of eegadhu warri abbaa garaa lafa guutte ❤❤❤❤❤
@BayisaDufera-dg6om
@BayisaDufera-dg6om 3 ай бұрын
Anuwaar jabaadhu jabaa namaa.
@adanepetros3434
@adanepetros3434 2 ай бұрын
Jabaadhu leenca haqa hiyyessaa , akkanatii basii
@magi62
@magi62 4 ай бұрын
Gaazexeessaa Anwaar jabaadhu dudduba hindeebiin siyaasa pp jala teessee kana dalaguun aarsaa sikaffalchiisuullee mala! You are Hero!! Kaadiroonni pp oromia hangam dhumoo ykn salphoo akka ta'an enyu caalaa ni beekta
@shanangibe
@shanangibe 3 ай бұрын
jabaadhu qabsawa mirganamaa❤❤❤❤❤
@MEDITATIONMUSIC-ln8nk
@MEDITATIONMUSIC-ln8nk 4 ай бұрын
Sababni ani OBN jaaladhe sababa qophii CAAYAA kanaati Gaazexeessaa kana jajjabeessaa nama cimaa hoggansaaf ta'udha.❤‍🩹❤‍🩹❤‍🩹💞💞
@Premear-kx1si
@Premear-kx1si Ай бұрын
Sagantaa dhugaatti dhiibbaa uumuu danda'uudha jabaadhaa❤
@KorichoKori-pj2xm
@KorichoKori-pj2xm 3 ай бұрын
Ob Marrid Goota ,Leenca ofitti amanamummaa qabu bravo!
@shambelbegna3981
@shambelbegna3981 4 ай бұрын
Nagaa Anuwar warra qophii cayaa, qophiin kee kuun baay'ee namatti tola. torbeen hamma geechutti Nan mudama sagantaa kee kana ilaaludhaf. Nama dhugaa ummataa ifattii baasu jabadhu rabbi Si gargaaru. Asumanus rakkoo Bufatni xiyyaraa naannoo badiyaa bishoftutti Amma dhabbachudhaaf deemu tokko akkan FB irraa akkan hubachuu danda'etti dhimma ummata badiyaa Ganda jaha(6) ta'u buqqisuuf deemudha. Hojiin baati tokkoon booda ni egalama jechuun midiyaleenis gabasaa jira. ummatichi sodaa hamaa keessa jira. Qaamni uummata kana marisise hanga ammatti hin jiru. Bulchinsi Anaatis yoo gafatan deebi homatu kennafii hin jiru, daangichi projectichaas ifaan waan bekame miti. Beenyaan ummata kanaaf malus maal(2) akka qabatu wanti beekame hin jiru.rakkoowwan kkfk waan jiraniif maalo Qophii "cayaa" ke kanaan osoo nu qorate bulchiinsa Aanaa, magaala Dukam tesson isaani itti argaman. Nagaas hin daganne baga nagaa taate haalli gaaffi kiyyaas yoo dogooggora qabaate na ofkalchi.
@nawafappk8055
@nawafappk8055 20 күн бұрын
Mandela oromoo umrii 100000000 jiradhu
@fraolgamachu
@fraolgamachu 3 ай бұрын
Anwar Rabbin saa eguu❤❤❤❤
@user-ld9rr9cl5s
@user-ld9rr9cl5s 4 ай бұрын
aazexeessaa Anwaar jabaadhu dudduba hindeebiin siyaasa pp jala teessee kana dalaguun aarsaa sikaffalchiisuullee mala! You are Hero!! Kaadiroonni pp oromia hangam dhumoo ykn salphoo akka ta'an enyu caalaa ni beekta
@jealanahoman7934
@jealanahoman7934 3 ай бұрын
Namichii sammuu nu hiikee,Soba adii sobaa ijoollee yaa rabbii nu baasii.Itti muddii Anuu
@furqaankaliifaa0950
@furqaankaliifaa0950 2 күн бұрын
Anawaar gara magaalaa bishaan gurraachaa koottu
@AwwalRayyaa
@AwwalRayyaa 3 ай бұрын
Anuwaar baga nagaan dhuftee
@Magaalaa_Shaggr
@Magaalaa_Shaggr 4 ай бұрын
Hoogganaa cimaa jabaadhuu
@user-hw7vt4il8h
@user-hw7vt4il8h 3 ай бұрын
Jabaadhu leenca namaa haqa hiyyeessaa baasi
@user-iy7hv4ww2t
@user-iy7hv4ww2t 4 ай бұрын
❤Torban dhufuu garaa Aanaa cafe kaaraabbuttii goxii Arfan qalloo keessaa kottuu mee qoraannoo gaageessii ummaata etho sumallee iraa buqahanii gandaa saanaa qubataan meesaakaatahii
@tolawaktaye904
@tolawaktaye904 4 ай бұрын
Reefuu dha OBN'in sagalee uummaata kan ta'ee. Nuuf bulii Gaazixeessaa Anuwaar. Gaazixeessittootni OBN warri kaanis Aantummaa uummaata qabaachuun utuu dhugatti isinitti dhaga'amee gaariidha.
@mahdarueshete5831
@mahdarueshete5831 2 ай бұрын
Good job
@user-mr1jg1sr2x
@user-mr1jg1sr2x 4 ай бұрын
Anwar kana wlhii nama jabadhaa❤❤❤❤❤
@user-zf2hv2ym6j
@user-zf2hv2ym6j 4 ай бұрын
Jabaadhu Aniwaara koo! Qophii kana yoo xiqqaate namoota miliyoona 1 oliitu ilaala!
@abditakele8574
@abditakele8574 4 ай бұрын
Obbo Mariid nama bilchaataa fi tasgabahaadha.
@user-ti1kt6gt5v
@user-ti1kt6gt5v 3 ай бұрын
you Hero
@yihundemirew6844
@yihundemirew6844 3 ай бұрын
The provision service can be measured by time ,quality gaafi ummata hatataaman debisi ciciqi dhisiti
@xiinsammuu5124
@xiinsammuu5124 4 ай бұрын
Qophii kana akka bulchitoonni godinaalee fi aanolee garaa gara hordofanii irraa barataniif OROMIYAA dhuma irraa gadi diriirfame jedha ,gaazessaan keenya jabaadhu sijaalannaa
@mosisahurisa6349
@mosisahurisa6349 2 ай бұрын
Dhugaa dubbachuuf afaan hoggantoota kanaa tokko. sobaan cuuphamaniiru! waaqayyo isaan haa qulleessu!
@user-hg7tw6nh5m
@user-hg7tw6nh5m 4 ай бұрын
Anuwaar jaba ilmaa oromoo jabadhu
@user-sv9ze5bo2f
@user-sv9ze5bo2f 4 ай бұрын
OBN keessa namni akkanaa jiramo? Respect bro
@daniadugna5983
@daniadugna5983 3 ай бұрын
Jasbaa slm kanitibicha hatuu
@DawitKibbi
@DawitKibbi 3 ай бұрын
Obn refuu hojji egalee
@Durse-nc7er
@Durse-nc7er 4 ай бұрын
welcome anuu
@Magaalaa_Shaggr
@Magaalaa_Shaggr 4 ай бұрын
#Magaalaan Shaggar Hojii Boonsaa hojacha jira.Bulchaan Sirrii dha!!!
@user-hs5gm8xg2f
@user-hs5gm8xg2f 4 ай бұрын
Laba
@abushtgurmu6733
@abushtgurmu6733 2 ай бұрын
Maali kun sobduu hattuun ija jabeessi
@mohammednasirabagero5668
@mohammednasirabagero5668 4 ай бұрын
Hojiilee akkanaa jabeessaa itti fuufaa hattoota ummata saamaa jira akkanaa as baasaa
@user-ld9rr9cl5s
@user-ld9rr9cl5s 4 ай бұрын
Woow kan akkaa kee nuuf haa jiratu!
@kumerayadeta
@kumerayadeta 3 ай бұрын
namni kun eegumsa qabaachuu qaba dhugaa dubbachuuf OBN akkan ilaalu isatuun na godhaa jira
@yahyaahajji
@yahyaahajji 3 ай бұрын
Itti muuddi kabinoota dabbatanna
@gutesbonus106
@gutesbonus106 4 ай бұрын
HERO NEWSMAN!!!
@gerememumicha591
@gerememumicha591 4 ай бұрын
Jabessii hattuu hattuutu biroo motumaa kessaa jiruu, enyuu mana tajii deemee kiraa hasasabuuf,kan akkaana qorichii qallitii ykn....
@AmanTuna_Dekebo
@AmanTuna_Dekebo 3 ай бұрын
Nama jabaa, namni ani ajaa'ibsiifadhu nama kanaadha. garuu sodaan kiyya shira itti xaxanii akka hin nyaanne sodaadha.
@user-hb6vk4cz2c
@user-hb6vk4cz2c 4 ай бұрын
Dhiraa atii Anee wallahii
@user-gg3md7so7p
@user-gg3md7so7p 4 ай бұрын
Arsii Anaa sirkaa fidii mee
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il 4 ай бұрын
Jariikuun waliigaltee maalqaban.furdiisuu lukkuu luukuuhorsiisuu lonfuurdiisuu guyaahujii umaataajachuun gafiibiraatii furdiisniiwabirati esaan walidhufuu
@leloangasu2520
@leloangasu2520 4 ай бұрын
Akka warra kan irrati jabate bulchaa dukami irrati gafin kee qubisaa mitti malif ?
@user-cj3il1pq9s
@user-cj3il1pq9s 3 ай бұрын
1faa anuraa jamal
@user-ne9wu4yc5s
@user-ne9wu4yc5s 4 ай бұрын
haala kanaan komii uummataa duukaa bu'anii ilaaluun fala akka argatuuf hojjachuun waan jajjabeeffamuu qabuudha.
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il 4 ай бұрын
Kalatiimotuumaan guyaasadii waanfakkatuuf jumaan islaamafakata alaadaa kiriistaana fakkata isniinii guyaaduratii hangafaabiiyaa abagadaa sadeenuu tokkumaa
@user-vt9pd8bj1s
@user-vt9pd8bj1s 4 ай бұрын
Obolesa Kenya galatomi January itti fusion gazexesa akhenaten barbaachisa
@user-qr3hw8gh9y
@user-qr3hw8gh9y 4 ай бұрын
Gaazaxeessaan kun nama addatti,Jaabadhu,itti muddi.ummanni tajajila argachaa hin jiru.baay'ee rakkachaa jira.
@user-qs6bl1gl5k
@user-qs6bl1gl5k Ай бұрын
Boyyee hoo mali godhuf horisiftaan 😂😂😂
@Makobilientertainment
@Makobilientertainment 3 ай бұрын
Smart city😂😂😂😂😂
@galanaadare8118
@galanaadare8118 4 ай бұрын
ANUWAAR, dhugumatti baay'ee galatoomi
@user-hs5gm8xg2f
@user-hs5gm8xg2f 4 ай бұрын
10 qu bulchins magala sabbta sodachiso hin Godhu jachuu hin dandaguu inuma godhuu
@mahmudjuneydi3052
@mahmudjuneydi3052 4 ай бұрын
kun kan waan viidiyoo qabatamaan itti agarsiisan mormu loojikii fi dhugaa ummataa akkamitti amanee biyya bulcha. Deebin isaa hundi ofirraa dhiibuu, kijibuu, shawwaduu fi waan walfakkaataa tayee dubbachuu dhabuu..... akkamitti warra isa achi kaaye waliin qaanofne dhiiroo
@GemechuSafoyi-hz6dh
@GemechuSafoyi-hz6dh 3 ай бұрын
Jaabadhu dhiiraa koo
@user-mr1jg1sr2x
@user-mr1jg1sr2x 4 ай бұрын
Shagar jedhanii wlhii wannii jijiramee 1 hin jiruu finfinnee jala silla taee irra wayya dandii 1 hin hojanne erga shagar jedhanii
@AbbuuBaattaa
@AbbuuBaattaa 4 ай бұрын
Caayaan Haa Jiraatu!!!!!!
@girmaasefa9983
@girmaasefa9983 4 ай бұрын
Hoggana deedhiin gaafa bulchuu wantii hundumtuu osoo hin bilchaatin akka bilchaatetti sobummadhan biyyaa bulchaa...😪🥲Ayi osoo nama barate meeqa jiru sobduun beeka of fakkeessa....
@user-bk7yn1ri9z
@user-bk7yn1ri9z 4 ай бұрын
of egii Anuraa
@Beyanabdulhamid
@Beyanabdulhamid 4 ай бұрын
Asuwar Baay,ee siih yaanee Torbee tokko essaa badee
@kasimsalman5447
@kasimsalman5447 4 ай бұрын
The first one 😂😂😂
@suleymanbayan6699
@suleymanbayan6699 4 ай бұрын
Galatoomi caayaan kan obn miti keenna qopheessitoonni qophii caayaa hedduu galatoomaa
@user-hb6vk4cz2c
@user-hb6vk4cz2c 4 ай бұрын
Nuuuf Jiradhuu
@tureegadaa2675
@tureegadaa2675 4 ай бұрын
rakkoo Uummanni keenya kjeessa jiru baga argitan itti fufaatii ilaalaa
@tilahunadugna7765
@tilahunadugna7765 4 ай бұрын
Magaalaa Sabbataa Mootumman seeran oso ilaalee gaariidha
@AbdurahmanTola
@AbdurahmanTola 4 ай бұрын
Gosh
@yihundemirew6844
@yihundemirew6844 3 ай бұрын
Dear Mayor ,at least you should know the power of time
@user-mh5iz6mr5n
@user-mh5iz6mr5n 4 ай бұрын
Anwar korma namaa sidinqisiifadh dhugaadhaan namichi kun hoogganuu hindanda'uu waan sobaa duwwaa dubbataa akka rakkinaantti wantinni fudhate tasa hijiruu nama akkanaa mootummaan iddoodhaa kaasuu qanaa
@tayeadmasu3865
@tayeadmasu3865 3 ай бұрын
Stardandii jedhe namichi
@robenusmegersa7194
@robenusmegersa7194 3 ай бұрын
Bulchaan maalif hin argamne?
@harmetube-wp6om
@harmetube-wp6om 4 ай бұрын
anuwaar of egi waraa abaa garaa
@wakedibaba5369
@wakedibaba5369 4 ай бұрын
Anwaar ati caasa dharaan teessoo mootummaa fi uummataa qabatanii guutummaa Oromiyaa keessa taahun waliin dhahanii burjaajjii uumaan danuudha. Kanaaf, jara irraa dammi hin eegamu.
@AbdusamadBadiruu
@AbdusamadBadiruu 3 ай бұрын
Jimmaa demi hadara
@nafyadTube
@nafyadTube 4 ай бұрын
Anii kantiibaa kanara kanan argee sobaa
@bikiladangula6117
@bikiladangula6117 4 ай бұрын
Anuwar of eeggannoo cimsi
@user-qr3hw8gh9y
@user-qr3hw8gh9y 4 ай бұрын
Gaazaxxeessaa akkana waaq nuf haa bulchu
@Abdulaziz1786h
@Abdulaziz1786h 4 ай бұрын
Dhugaa amass Lixxa jimmaa Anaa Saxxammaa deemma isaanis Foon namaa nyataa jiruu😂
@biftuuoro4676
@biftuuoro4676 3 ай бұрын
😂😂😂😂😂
@anesoabdela4271
@anesoabdela4271 4 ай бұрын
Galaan guddaa (አለምገና ) kotuu
@mooheadam
@mooheadam 4 ай бұрын
Qabsoo farshootti jiru yoom ummata tajaajilu 😎
@mohammednasirabagero5668
@mohammednasirabagero5668 4 ай бұрын
Namtiichii oftuultuu quftuudha Dhugaatiifii dafqa ummataatuu isa qufsee
@abdiinjira5952
@abdiinjira5952 4 ай бұрын
Erga shager hundeeffamee saamtotatu baay'ate malee saba keenyaaf wanti godhame tokkolle hin jiru
@IyosiyasTesfaye
@IyosiyasTesfaye 4 ай бұрын
Osoo firaa kee ta'ee guyyaa tookko hin turtu imimaan hiyeesaa sifi himaluu teesoon tuni booru kabiraati . Latii sii nyyatii
@user-qr3hw8gh9y
@user-qr3hw8gh9y 4 ай бұрын
Mirga maaltu jiraa biyya kana?
@robenusmegersa7194
@robenusmegersa7194 3 ай бұрын
"Nagaa kana akkam gootu" Abbee sittaa tolu.
@LemmaSisay
@LemmaSisay 4 ай бұрын
Nuuf jiraadhu
@amanueltsehay1659
@amanueltsehay1659 4 ай бұрын
Mucaa addaadha kun! baayyeen si dinqisiifadha!
@user-qr3hw8gh9y
@user-qr3hw8gh9y 4 ай бұрын
Qabi irratti oduu soba.gaazexxeessa cimaa dha bar.
@arfasobirhanu4801
@arfasobirhanu4801 3 ай бұрын
Namootumni bulchiinsa magaalotas ta'e aanota Oromiyaa keessa jiran kun haasaan isaaniiyyuu attam nama jibbisiisa !!!
@odachala2403
@odachala2403 4 ай бұрын
😂😂😂😂😂
@ObsaAbdella366
@ObsaAbdella366 3 ай бұрын
baay'ee namatti tola caayaan akkuma kanaan itti fufaa...
@user-hg7tw6nh5m
@user-hg7tw6nh5m 4 ай бұрын
Motumaan maal egaa nama kanntiban magalaa sabataa Mal jecha Jira dhiro????
@mohammednasirabagero5668
@mohammednasirabagero5668 4 ай бұрын
Dimru maal jettuu maqaa isaa kun caasaa haatootaa hedduu ijaaree socho'aa jira Sobduu hattuuttii
@user-zh3fr4jy8i
@user-zh3fr4jy8i 4 ай бұрын
Namaa cimaa dha ati dhiroo budaa isaanittin si nyaatuu Adaraake waaaqayyoo kadhadhuu
@AbdusamadBadiruu
@AbdusamadBadiruu 3 ай бұрын
Rako Kenya umatta jimmaa kabinen nu godharu ifsun bayye ulfatta
@tadelemerga1040
@tadelemerga1040 4 ай бұрын
Bulchinsi lafa oromiya mayimii hojetoota fi haattuu biro kessaa kahee namoota midhu
@Bekele-gc6pl
@Bekele-gc6pl 16 күн бұрын
itti mudi kun soba rabbituu qabe
@Makobilientertainment
@Makobilientertainment 3 ай бұрын
Milishaa hedduu leenjisu keessan beeka😂
@mohammednasirabagero5668
@mohammednasirabagero5668 4 ай бұрын
Dursa lafa keenanii kaasuun ituu damda'amuu lafa qootee bulaa gurgurataa jiruu
@user-le1hg3xd2l
@user-le1hg3xd2l 4 ай бұрын
ح
Caayaa, Kantiibaa Magaalaa Shaashamannee waliin.
1:04:52
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 59 М.
Qophii Caayaa Magaalaa Sandaafaa Bakkeerratti.
1:02:51
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 35 М.
OMG🤪 #tiktok #shorts #potapova_blog
00:50
Potapova_blog
Рет қаралды 17 МЛН
I CAN’T BELIEVE I LOST 😱
00:46
Topper Guild
Рет қаралды 66 МЛН
Получилось у Вики?😂 #хабибка
00:14
ХАБИБ
Рет қаралды 6 МЛН
Caayaa,  Aanaa Gadab-hasaasaatti  galiin Mootummaa lakkoofsa herreegaa nama dhuunfaatti galuun...
1:04:10
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 35 М.
Caayaa;  Kantiibaa Magaalaa Nageellee Arsii waliin.
1:02:03
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 25 М.
Caayaa, M/Roobee fuula lama qabdii? turtii Kantiibaa Magaalaa Roobee obbo Nigaatuu Mootummaa waliin
1:06:09
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 66 М.
Caayaa : Tajaajila argachuun  yoo waa hiixatte malee rakkisaa ta'eera. hawaasa B/M/Shaashamannee.
1:06:53
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 28 М.
Qophii Caayaa turtii Kantiibaa Magaalaa Dodolaa waliin taasifame. Rakkoo  Misooma Ispoortiifi ibsaa.
1:03:35
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 26 М.
Normal vs Psychopath vs Rich How to heal a cut on your finger ☝️❤️‍🩹
0:19
Бросила дочку и мужа 🤯
0:35
Фильмы I Сериалы
Рет қаралды 2,1 МЛН
Добейти 100000 подписчиков | Тгк- @Rom4ik539
0:28
Щенок Нашёл Маму 🥹❤️
0:31
ДоброShorts
Рет қаралды 6 МЛН
Harley Quinn made everyone disappear#joker #shorts
0:54
Untitled Joker
Рет қаралды 4,1 МЛН
Добейти 100000 подписчиков | Тгк- @Rom4ik539
0:28
ХЕЧ БУЛМАСА МЕХНАТГА БИТТА ЛАЙК БОСИНГ #2024
0:10
Муниса Азизжонова
Рет қаралды 5 МЛН