No video

Kaanserii harmaa akkamitti ofirraa ittisu?

  Рет қаралды 3,721

Dr Nafyad Getu Official

Dr Nafyad Getu Official

3 ай бұрын

Join this channel to get access to perks:
/ @drnafyadgetuofficial

Пікірлер: 65
@Khadija-xf9vb
@Khadija-xf9vb 3 ай бұрын
Wollaahi barumsa guddaa sirraa argataarra.nuujiraadhu Rabbi hamtuu sittiihaqabu
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 3 ай бұрын
Amiiin Gadaan quufa Gabbisaa Gabbisaa lafas kaatuu Dubbii taatii !!!! Galatoomaa ❤❤Nafaa baatuu lafeedugdaa Dr
@Khadija-xf9vb
@Khadija-xf9vb 3 ай бұрын
Galatoomi Dr keenya kabajamaa fi jaallaatamaa namaa.baga siqabaanne Dr N
@hawaakadir5932
@hawaakadir5932 3 ай бұрын
Welcome Dr
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 3 ай бұрын
Guddaa Guddaa Galatoomi Dr🙏🙏 Translate to somali
@IjjiggayyoNano
@IjjiggayyoNano Ай бұрын
Bayyee garidha ❤❤❤❤thank you
@user-ig9hw2uh8y
@user-ig9hw2uh8y 2 ай бұрын
Galatoma nufii jiiradhaa Ariimi bayyee nama Oksisuun rakiin umuu qabbaa❤❤❤
@biftuuoromiyaa3055
@biftuuoromiyaa3055 3 ай бұрын
Galatoma akkanumatti itti nu fufa rabbi umri si haa dheresu isni lachuu❤
@waaqyyottiamane349
@waaqyyottiamane349 2 ай бұрын
Dr galatooma jechaa Anale dhiitaa fi dhukkubi guddaa qabaa biyyaa arabaan jiraa hojii hojechuu naa dhorkee jiraa me maal godhu doktr falaa naaf himii lakkafsa bilbila kee naf kenii dhifamaa wajjiin
@imaanshow9660
@imaanshow9660 13 күн бұрын
Rabbi siyyaa fayyiisu ❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 3 ай бұрын
Services Mootummaan gaafa Ogeessa waamuu Eegumsii qoosaan ifaa Ammas ida'amuun gaafa waarana Waamuu Ogeeyyiin fayyaa rifaatuun deebisiif
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 3 ай бұрын
Namarraa Yaada walittii firoomsaa Gaafa Shakkii hin arginee tolee eegumsiii
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 3 ай бұрын
Dhalootaa Galaa guddaadha!!dhibee dura dhageeffatuu Oso Eegumsas taatee Fayyaan rakkodha kanaf wal dhageeffachuun dirqamaa DRLAMMAA MAGARSAA FI DRUGILKAANIIN DRABIYYII AHMED DUBBISI DHALOONNI AMMAA WARRAA fi Biyyaa Eeguun kabajaa Namoomaa titiikfannaa 😊
@shumigirmaa8231
@shumigirmaa8231 3 ай бұрын
Well comee Dr bagaa gessan
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 3 ай бұрын
Gaffii Dropped Maaf Dagamiinsa Qalbiitu Dhaabaa shares Ogeeyyiin Fayyaafi Waraannis Beekumsii gahaadha amshiir seerrii ifaa maalif wal hinaafuuYaadii Kesssumaa kee Cinachaa Simachuun Fayyaadha!!!❤❤❤
@elfenashkebade6535
@elfenashkebade6535 3 ай бұрын
Dr wanti daiman qamaa huda dhitesuu malidha malo dafi na deebisii
@user-vr9uj3us1n
@user-vr9uj3us1n 3 ай бұрын
Galatomaa Dr garuu ogessii dhiibee kana yaaluu biyyaa kenyaa keessaa maa dhabamamee?
@kingcell4953
@kingcell4953 3 ай бұрын
Minyi hnbde docter❤ hayiuno❤
@user-iu3ue9zb2q
@user-iu3ue9zb2q 3 ай бұрын
Dr mee dhukubaa dugda muscle cramps qorichii isaa mali mana yala demeeni akkasi jedheni
@jamjameela9583
@jamjameela9583 3 ай бұрын
Maloo dr lakofsaa kessanii naa kenaa mee ❤❤
@user-ts9jy2qo8u
@user-ts9jy2qo8u 3 ай бұрын
Galtomii dr lakofsaa kessanii nàa kenaa mee❤
@fatumurad2805
@fatumurad2805 3 ай бұрын
Ana na dhukube jenan mana yala demnan toko fayyadha toko infection qaba nan jete😢 akkamit yalamu danda,a?
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 3 ай бұрын
❤❤❤Akka seratti Fayyaatu rotate...Garuu gaafa Fayyaan dhiifamaa fayyaan ogeeyyi mootee Eegumsaa dhaqqabee Galatoomaa Jenneeraa walumaan
@Samira-le4lb
@Samira-le4lb 3 ай бұрын
Dr ann yero ba'e yoguu gorrii dhufe akka malle naa dhukuba maliif lata?
@bezawerko8884
@bezawerko8884 Ай бұрын
Dr guudda galatoma ani harami koo gara harka beta bayyee naa dhukuba darebe darebe naa guba kesi isa maa akkan godhu walale biyya habani jira mee namin akka koo siin mudate yoo jiratan furmata yoo argata comment jalat nafi hima🙏
@ZEYITUNA
@ZEYITUNA 21 күн бұрын
Galatooma barmsaa gaarii isin irraa argaane
@mozaalali981
@mozaalali981 Ай бұрын
Dr.anna Harmi koo ummamuman Xiqqo wl calaa Rakko qaba doktor maloo naf debisa bayye dhiphchn jira😢😢😢
@HikmaaGabre_6
@HikmaaGabre_6 Ай бұрын
Ummamuni woli caala kiyyas akkasuma rabbin nuura haa qabu inshallah
@mozaalali981
@mozaalali981 Ай бұрын
@@HikmaaGabre_6 inshalla🙏🙏🙏😍😍😍
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 3 ай бұрын
Dr Biraana Masqal galatoomii Dr Naaf Yaaadi Geetuu Jeequmsaan bira jiran bakkuma jirtuu atis Nageenyaa tayii!!! Nageenyii Dr Maalif ñamarraa bareedee? Qabeenyii immoo maaf Biyyaarraa bareedee Eegumsaa dhoksaa
@kingcell4953
@kingcell4953 3 ай бұрын
docter bobaa jalaa diton yiojierte mltau dandaa cnseridn walkbtaa
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 3 ай бұрын
Isinumatuu Qaamani beeknee Humni dhageeffatu qabsoo Ogeeyyiin fayyaan fagaatee Eegumsaa Eegumsaa =yaannis dhibeedhaka
@barhanemar8297
@barhanemar8297 3 ай бұрын
Galatoomi dr baga gessan😊
@SiifaanSiifaanMohammed
@SiifaanSiifaanMohammed 3 ай бұрын
Dok nyaata naa jibbisisa maalato biraa hin qabu ammaa egaa laguun natti dhufu dhiise ji'afi torbaan lamaa Ani Kan jiruu biyyaa ormaati
@munireabbafixa735
@munireabbafixa735 3 ай бұрын
Doctor nafiiyadi galatoma.lkoofsa kee nuf qodii
@tadaluugonfaa7047
@tadaluugonfaa7047 3 ай бұрын
Galatomii Dr dhibee yeroo am kanatii umataa keenyaa midhaa jiruudhaa 😢😢😢
@Khadija-xf9vb
@Khadija-xf9vb 3 ай бұрын
Saraxaan jedhama afaan arabaatin Doktor.barumsa guddaa isinirraa barataarra nuujiradhu Dr Naaf
@masigalata7197
@masigalata7197 3 ай бұрын
Ana duraa like godhee 👍
@ZEYITUNA
@ZEYITUNA 21 күн бұрын
@SaaduuSaadiya
@SaaduuSaadiya 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤
@user-mb9zm8qb9z
@user-mb9zm8qb9z 3 ай бұрын
Dr galatomaa
@ObsaaMuktar-lw3en
@ObsaaMuktar-lw3en 3 ай бұрын
❤❤❤❤
@umuanud8636
@umuanud8636 3 ай бұрын
Galatomi dr
@user-vn1oj1rr5u
@user-vn1oj1rr5u 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤
@myuae3401
@myuae3401 3 ай бұрын
Dr N and A Akkam jirtaani Galatoma
@KarimaJemal-mv6yw
@KarimaJemal-mv6yw 3 ай бұрын
Galatoomi Dr❤❤❤
@jamjameela9583
@jamjameela9583 3 ай бұрын
Galatoomi dr❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏
@UsA-mn3jd
@UsA-mn3jd 3 ай бұрын
Galatooma Dr
@obsemalaakuu7598
@obsemalaakuu7598 2 ай бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@hanatu
@hanatu 3 ай бұрын
Doktori kenyaa ❤❤❤nu jiradhaa
@SiifaanSiifaanMohammed
@SiifaanSiifaanMohammed 3 ай бұрын
Kininni nyaadhe turee akkaamiti hafaa
@user-sx9cb8er8z
@user-sx9cb8er8z 3 ай бұрын
Bayee galatomaa
@zenahzenah4322
@zenahzenah4322 3 ай бұрын
Galatomaa
@user-ex7oo6lx4x
@user-ex7oo6lx4x 3 ай бұрын
Galatomi dr❤❤❤❤
@Samira-le4lb
@Samira-le4lb 3 ай бұрын
Gallatoma dr
@user-jm1zc8yh5z
@user-jm1zc8yh5z 3 ай бұрын
do me bar gateti tanatu nadhukba
@AmlAml-jy6wj
@AmlAml-jy6wj 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@saraaamboo
@saraaamboo 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤galatoma bekumsaa gudadhaa
@tadigirma6135
@tadigirma6135 3 ай бұрын
Dr galatomi❤❤
@rwaidamohamad6903
@rwaidamohamad6903 3 ай бұрын
👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@makiahmak6359
@makiahmak6359 3 ай бұрын
Galtomii doctor
@Samira-le4lb
@Samira-le4lb 3 ай бұрын
Gallatoma dr
@sofiyaa3034
@sofiyaa3034 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤
@user-gv4nj8rx5d
@user-gv4nj8rx5d 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤
Kaanserii fiixee gadameessaa akkamitti ofirraa eegu?
41:33
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 2,6 М.
Smart Sigma Kid #funny #sigma #memes
00:26
CRAZY GREAPA
Рет қаралды 19 МЛН
НЫСАНА КОНЦЕРТ 2024
2:26:34
Нысана театры
Рет қаралды 1,8 МЛН
Can A Seed Grow In Your Nose? 🤔
00:33
Zack D. Films
Рет қаралды 32 МЛН
Hiriyaan koo, jaallaleekoo akka lubbuutti jaaladhu fudhate bade.
27:09
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 173 М.
Of Eggannoo hunda keenyaaf. maaltu akka dhala hin godhane nu taasisa?
40:09
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 15 М.
Dhibee Toonsilii akkamitti manatti of yaalla?
35:24
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 15 М.
Yeroo jaalalaa 'Sagalee kee utuu hin dhagahiin yoo bule irribni na hin qabu jetti ture'.
25:49
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 111 М.
Furmaata Jeeqamuu Hirribaa
36:10
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 8 М.
Laguun ykn peereediin maaliif yeroosaa eeggatee hin dhufu ?
10:08
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 22 М.
OROMIA11:  Walhaabarruu- Habtaamuu Lamuu Wajjiin
1:03:46
Oromia 11
Рет қаралды 21 М.
Smart Sigma Kid #funny #sigma #memes
00:26
CRAZY GREAPA
Рет қаралды 19 МЛН