Qaanqee Show:- An dhugaa natti fakkaachaa hin jiru waan naaf ta'e kun. Obbo Eebbaa Lammii

  Рет қаралды 91,492

Qaanqee Show

Qaanqee Show

4 ай бұрын

Join this channel to get access to perks:
/ @qaanqeeshow
Ethiopian and Oromo late night show music and entertainment.
#HabtamuLamu #Oromomusic #Oromonews #Gingilchaa #Qaanqeeshow #Oromocomedy

Пікірлер: 492
@dasalenyfiqaaduu
@dasalenyfiqaaduu 4 ай бұрын
Dhugaa dubachuuf inii maal gammada anattu gammada malee waaqayyo hundumaa keesan haa eebisuu gingilchaa keenyaa nuuf jiraadhu ❤❤❤❤❤
@Naanboon
@Naanboon 4 ай бұрын
Ani bayeen gammadee dhugaa dubbaachuf kuni waan addattii❤Eebbifaamaa warri waan gaarii hojjeetan wqyo galgaala keessan haa bareechuu
@dejeneguta8647
@dejeneguta8647 4 ай бұрын
Aboo siti haa tolu hafte yeroo 7 irra dabee ille jirenye kan kele akka numati badhadha sif hata'u
@daleeabdiisa5407
@daleeabdiisa5407 4 ай бұрын
Carraa fi Yeroo dhabuun akkas gootee, sammuu ajaayibaa bataa. Obbo Eebbaa Lammii jabaadhu. Seenaa sammuuti baataa. Galatoomii Habtamuu Lamuu
@destakebede6889
@destakebede6889 4 ай бұрын
Haftaamu Lamuu baga deebitee biyya kee dhufte waaqayyo karaa kee nama dagatame kana akka yaadatamu gootee jirta.
@kifleayana7273
@kifleayana7273 4 ай бұрын
Akkuma abbaan keenya jedhan tokkumaa qofaatu nu baasa! Galatoomi Jeneraticha keenyaa. Galatoomaa abbaa keenyaa! Eebbifamaa!!🙏🏾
@user-yz4ir6vq9o
@user-yz4ir6vq9o 4 ай бұрын
HABTAMU YOU MAKE. GOOD. AMAZING. WITH 2 WEEK YOU DO LIKE THIS. IF WE HAVE UNITY IF WE ARE ONE WE CAME MORE STRONG. GOOD WORK. HABTAMU TANKS.
@naftanmoti1501
@naftanmoti1501 4 ай бұрын
artist habtaamuu lamuu dhugaa guddaa ulfaadhu..waa beektaaf seenaa hin dagattu ..obbo eebbaaf kabaja qabduuf nuuf jiraadhu
@user-ou4hx8di1t
@user-ou4hx8di1t 4 ай бұрын
Gootota maqaan isaanii hanga har'atti hin dhaga'amne namootni kitaaba barreessitan maaloo adaraa keessaan maanguddoo kanatti dhiyaadhaa seenaa gootota maqaan isaanii hin dhaga'amni barreeffamaan nuuf barreessa osoo maanguddoon kun jiranii.
@user-cr4dc7ng9s
@user-cr4dc7ng9s 4 ай бұрын
Habtiish eebbifami hojii gaariidhaa
@bajootamameofficial
@bajootamameofficial 4 ай бұрын
General Habtee koo akkattii sii beeknaa Waan gaarii fi waan eebbaa dalagattee jabaadhuu hamtuun siin argiin leencaa Oromoo keenyaa gaarii namaa Nuuf jiraadhuu daddaabalii 💞💞💞💞💞
@NajashQassimhusn
@NajashQassimhusn 4 ай бұрын
Dhuga rabii galatomii ulfadhu jiradhu abte Adanech kenya qalinama nujiradha galatomii ulfadhu Bilisuman jedhamu kanuma wly ❤❤❤❤❤❤❤
@mdoman986
@mdoman986 4 ай бұрын
Uuuuuufffeee Ameen Ameen Waaqayyoo sabaa kenyaaf Biyyaa kenyaaf Nagaa Jalaala Tokkummaa haa kennuu 😢😢😢😢😢😢😢
@Amanuelkasahun
@Amanuelkasahun 4 ай бұрын
wow guddaa galatooma hojii boonsaa dalagdani jirtu thank you jeneral keenyaa
@biyyajiruu3672
@biyyajiruu3672 4 ай бұрын
Qophiin kun baay'ee nama ajaa'iba❤❤😢😢 Galatoomaa
@mdoman986
@mdoman986 4 ай бұрын
Qaxallee Kenyaa Waaqayyoo baraaf jireenyaa kee haa ebbissuu Generaltichaa kenyaa ❤❤❤
@caalookakebede9280
@caalookakebede9280 4 ай бұрын
Jecha siif hin qabu Habtish ,abbaan keenyi sun immoo dandeettii umurii isaa ol qaba😍😍😍😍
@Merga1808
@Merga1808 4 ай бұрын
Hayyuun seenaa, namni dandeettii akkaasii qabu, hanga ammaa dhokatee turuu hin qabu ture, galatoomi Habte
@user-hq8sw3oh4b
@user-hq8sw3oh4b 4 ай бұрын
Addis Ababa city mayor, honorable Madam Adanech Habebe, thankful for taking care of our veteran who have had sacrificed for our country. From diaspora admirer in Minnesota .😂😂😂😅 USA.
@user-dr3uq5me2j
@user-dr3uq5me2j 4 ай бұрын
Habtish eebbifami!Namoonni baay'ee osoo dandeettii qabanii bahuu dhaban waan jiraniif jabaadhu.Yeroo baay'ee namni keenya wal utubuurratti nu hafa.Jabaadhu.Waliif has bilbillu.
@lovemy6167
@lovemy6167 4 ай бұрын
Wawwwwooo Baay'ee namtii tolaa dhugaa waqaayyoo siin haa ebisuuu ebifamaa hundumtii kesaaniyuuuu ❤❤❤
@abuinsan1430
@abuinsan1430 4 ай бұрын
Wooow qophii baayye nama hawwatu akkanuman itti jiniralticha qaxalee keenya dhugaa sirra gammanne 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@MalakJuma-gi3uo
@MalakJuma-gi3uo 4 ай бұрын
Dhugaa hedduu sinaan galateffaadhaa dhugaa isaan mittii anii imimmaan qabaachuun dadhaabee gammaachuusa thank you iam happy to...much
@mdoman986
@mdoman986 4 ай бұрын
Abbaa kenyaa Umurii dheraa nuf jiraadha Waaqayyoo siin fanaa haa ta.u ❤❤
@SagniZerihunMan
@SagniZerihunMan 4 ай бұрын
Woo oboo eebba galatoomaa Atillee jeneraaltichi keenya qaxalee keenyaa jabaadhu
@gudisehayilu5435
@gudisehayilu5435 4 ай бұрын
❤❤❤❤
@user-ed2gq8pf4i
@user-ed2gq8pf4i 4 ай бұрын
Habtee koo dabaltee nuf fiduu keef galatomii ❤❤❤❤❤
@panafpride1109
@panafpride1109 4 ай бұрын
THANK YOU HABTAMU AND TADELLE GEMECHU
@GadiseMamo
@GadiseMamo 4 ай бұрын
Wowowo congratulations my father 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤ Abtamuu waqayyooo sin haa ebisuu
@roberatube_6922
@roberatube_6922 4 ай бұрын
So amazing❤🎉so much blessings!
@JoEagleMedia
@JoEagleMedia 4 ай бұрын
Wow GOD Bless you!
@Diribaderessa
@Diribaderessa 4 ай бұрын
U did great job habte God bless you!❤
@genetgemechu6159
@genetgemechu6159 4 ай бұрын
Wow waaqayyoo gooftaan isiin haa ebbisuu ebbifamaa ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@belinamerdasa3633
@belinamerdasa3633 3 ай бұрын
Warri Gammachuu Akaakayyuu kanaa hangana finiinsitan hundi keessan ulfaadhaa, kabajamaa, eebbifamaa, milkaa'aa...
@lelisaumeta7449
@lelisaumeta7449 4 ай бұрын
Wow Thanks really
@mekonnenmelesse1618
@mekonnenmelesse1618 4 ай бұрын
Akka waan anaaf ta'eettan gammade. Mee ulfaadhaa!
@user-hq8ek5ff3x
@user-hq8ek5ff3x 4 ай бұрын
Abbaa keenya umurii dheeraa nuuf jiraadhaa waaqqayyoo goofta baraf jireenyaa keessani haa ebbisuu dhuga ❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@dirodida7228
@dirodida7228 4 ай бұрын
Thank you so much Habtaamuu keenyaa!
@deresaguya5342
@deresaguya5342 4 ай бұрын
DURAAN DURSEE HABTEE DADHABBII KEEF GALATOOMI AKKASUMAS WARREEN BIRA DHAABBATAN HUNDUU GALATOOMA.
@dinkadegefu5736
@dinkadegefu5736 4 ай бұрын
Thank you habte for your deep commitment
@ajemaabebe5194
@ajemaabebe5194 4 ай бұрын
warra waan gaarii hojjate hundumaaf Waaqayyoo gatii dadhabbiisaanii yaa kennuufi. eebbifamaa!. Garuu Habtish jaarsaa kana kana booda bifa bareedaa fi qindaa'a ta'een dirree aartii sagantaa dhaabbataan bal'aa qophheessiteefi akkasaan ummata bbohaarsaan gochuun assingment keeti ta'a jedheen yaada. ammas ijji keessan maanguddoo gummaacha guddaa qaban mil'uu dhaban yaa ilaalu!
@asefameka7167
@asefameka7167 4 ай бұрын
Thanks Afte
@lemisaf2
@lemisaf2 4 ай бұрын
Respect Habte 😍, power of media
@EbisaTebelu
@EbisaTebelu 4 ай бұрын
nice work !!!!!!
@dirotolosa1150
@dirotolosa1150 4 ай бұрын
Your show is different from Other Shows channel.beacouse your show is call poor person!! God loves just like working!! Keep it up,that good work!! Be God with you forever!!
@Tegera468
@Tegera468 4 ай бұрын
Thanks gingilchaa...... Namtichi gola seenaati dhugaa.
@wacaalewalloo5224
@wacaalewalloo5224 4 ай бұрын
Wow Adanechiye Thank you
@BAK_MEDIA1
@BAK_MEDIA1 4 ай бұрын
Miira akkamii keessaa akkaan ture hin beeku isa caala anaatu gammade dhugaa afaantu na dilallaa'a!
@user-td2ie4co7v
@user-td2ie4co7v 3 ай бұрын
Oromoo jirtu jiraa walkkasuun aadaa kenya ittaa fufu mashalaa Abbaa guddaa nuf jiraadha❤❤❤❤ol for help tnks guys❤❤❤❤❤
@hadhaako
@hadhaako 4 ай бұрын
Wowowowo waaqayyoo umurii dheeraa siinf haa keenuu 💝 warrii hojii kanaa keessaa harkaa qabdaan hundumtu ebbifamaa❤
@HordofaNagasa
@HordofaNagasa 4 ай бұрын
Love it!
@danielwakjira3230
@danielwakjira3230 4 ай бұрын
Ijaan kan walarguu fi quuqamaa Oromoo dhiisatii, amma kan abbaa isaaf quuqamuu iyyuu dhabnee! 😢😢😢
@user-yd1kq9tu5g
@user-yd1kq9tu5g 4 ай бұрын
Ufffee jabbaa koo umurii dheraa nuf jiraadhaa habtee keenya jeneera oromoo nuuf galatoomi qallii nama ❤❤❤❤❤❤
@mohammednuryusuf476
@mohammednuryusuf476 3 ай бұрын
Hope you long live Habtish!!
@user-wu8ss7xu5y
@user-wu8ss7xu5y 4 ай бұрын
God bless you!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
@hedayahedaya4156
@hedayahedaya4156 4 ай бұрын
❤❤❤❤uff 😢Habtamuu dhugaa rabbbin galatomii rabbbin waan ofii jaltuu siif haa kenuu
@DinaolJiikoo
@DinaolJiikoo 3 ай бұрын
❤❤❤❤ Wooooow Amazing habtee koo galatoomii dhugaa rabbii waan gaarii siif haa yaaduu
@kenenibersisa1579
@kenenibersisa1579 4 ай бұрын
God job, Habtamu ,thank you🙏 🙌
@shaleelhashem6695
@shaleelhashem6695 2 ай бұрын
Wwwww Jabadhuu Qalii Namaa ❤❤❤
@TeresaErena
@TeresaErena 4 ай бұрын
Habtee akkaa kootii onnee koo cabseen si kabajaa gargarsaa Manguddoo kanaaf jalqabni si
@SefuuMashoo
@SefuuMashoo 3 ай бұрын
Habtish Waaqayyoo UMurii Kee Siif Hadheeressuu❤❤❤
@user-yb3ub8bq1e
@user-yb3ub8bq1e 4 ай бұрын
Uuuuuuuuuuffffffeeeeeee waqayoo isni haa Ebbisu dhugaa bay'ee gamadee ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@ermiyastakela
@ermiyastakela 3 ай бұрын
Jabaa namaa eebbifami!!! Habtaamu jabaadhu gaariin sifis ni malaa.
@ro682
@ro682 3 ай бұрын
Galatoomi waaqayyoo si haa eebbisu Habtaamu.
@Yemuu109
@Yemuu109 4 ай бұрын
Wawooo..... Generalicha keenya baga iyyuu biyyati galitee
@Not_Nad
@Not_Nad 4 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤ I can listen to him all day.. leave long my dear. 🥰🥰🥰
@danukorra3788
@danukorra3788 4 ай бұрын
Habtamu Lamu, kana waan guddaa gootee. Galatoomi!
@AbdelaEtefa
@AbdelaEtefa 4 ай бұрын
Habtee ati dhugumaan kan keenyaa anii wanan jedhuun wal'alee dhugaa dubbachuuf wa'ee hojii ati hojjettee kanaaf Waaqayyo waan gaarii akka si godhuu shakkii hin qabuu atii nuf kennaa keenyaa ebbifamii ebbifamii ebbifamii ebbifamii+1000
@user-qt5tv1pg1w
@user-qt5tv1pg1w 4 ай бұрын
Yaa oromookoo jajjabaa baay,ee qabdaa waliif dhaga,amuu diduun badiinsaa fidee uummaannii keenyaa rakkoo hamaa keessaatti kufee rakkoon uummataa ulfaacha 10:46
@ketematafess4461
@ketematafess4461 4 ай бұрын
Thank you !
@YaredGetahun-hm8oo
@YaredGetahun-hm8oo 4 ай бұрын
Waw bayyee namattii toltuu waw jabadhaa Waqaayyoo isiin haa eebiisuu!!!
@meseretalemu1693
@meseretalemu1693 4 ай бұрын
Waaqayyoo issin haa ebbisuu ❤❤❤❤❤❤❤
@user-wu8ss7xu5y
@user-wu8ss7xu5y 4 ай бұрын
Thank you haptee dhuugaa baayyee gammannee.
@SabonaIluu-rz8jy
@SabonaIluu-rz8jy 4 ай бұрын
aftee jabadhu imala ke itii fufii namota jajabba jiraa badiyaa keesaa dhokate❤❤❤❤❤
@MasreshaLegesse
@MasreshaLegesse 4 ай бұрын
wow!habtee galatoomi ati.inni guddanimmoo ijoollee tik tok irratti isaan gallakkisaa turan baay'ee haagalatooman.akkasumas adde adaanach haagalatooman.warri akkasuma rakkatanii daandirra bulan heedduu waan taa'aniif ati itti nuu jabaadhu miidiyaan waabaay'ee jijjiiruu danda'a waan ta'eef.
@dawitdafa6972
@dawitdafa6972 4 ай бұрын
Thanks!
@HundeGutema
@HundeGutema 4 ай бұрын
Namni Bayyeen biyyaa Ethioipia kana akka biyyaatti dhaabuudhaaf jecha kan qamaaf lubbuu isaa itti dhabee ilma oromoo ta'ee tokko biyyaatif wareegame lakkofsaan danuudha. akkasumaas immo kan seeraa malee mana waranaa keessaa ariatamee jireenyi isaa akka nama kanaa burjaja'ees danuudha. inni akkuma jirutti ta'ee wanti amma godhamee akka sabaatiis ta'ee akka oromootti waan mataa ol-nama qabachiisuudha. G/ssa Habtamu baayyee si jaal'anna si kabajnallee. nuuf jiraadhu akkasitti sabakeef gaafa hojjettuu. jabaadhu sangantaakee yeroo hunda nan hordofa garuu Comment godhee hin beekuu kanan booda si cinan jira. Horaa Deebana!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!! 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@amanalmi8502
@amanalmi8502 4 ай бұрын
Ani kana amanuu hin dandeenye! Galatoomi dhugaa generaal. Umrii dheeraa siif haa laatu. Goota keenya umrii nuuf dheeradhaa. Yaa rabbi oromoo koo rokko godhi.
@GadoTasisa
@GadoTasisa 4 ай бұрын
Nama maatii naaf ta'eef anis maatii nan ta'aa. Kottaa ijoollee keenyaa
@GadoTasisa
@GadoTasisa 4 ай бұрын
❤❤
@wayessaolkaba249
@wayessaolkaba249 4 ай бұрын
Hojii kana yoo Waaqayyo tahe malee namni akka hin hojjenne nan amana. Habtamuun immoo media ofharkaa qabduun hojii eebbifamaa hojjechuukeetiif bara baraan si haa eebbisu!
@user-of5wv3ly2m
@user-of5wv3ly2m 4 ай бұрын
Wowww galatomaa hbte kenya byeeee isin jalana jabadhu gotaa kooo❤❤❤❤
@dadutubi2104
@dadutubi2104 4 ай бұрын
Wooooooooow dhugaa baay'ee waan namaa gammachisuu Guddaa galatomi habtish
@AbbaaBulloo
@AbbaaBulloo 4 ай бұрын
Waw!nice job,hojii gaarii rabbirraa argatta jabaadhu Habtee
@ammayyuabdiinjira9811
@ammayyuabdiinjira9811 4 ай бұрын
Ebbifamaa ❤❤
@yonasteshome-3831
@yonasteshome-3831 4 ай бұрын
Hojii Guddaa hojjettan Habte Galatoomi Waaqayyo si haa eebbisu🙏
@HirphaaBaqqalaa
@HirphaaBaqqalaa 4 ай бұрын
Miira abbummaafi ilmummaatiin waanan dhaggeeffadheef yommuun argaetti nan boo'e. Gaafa nama badhaasu badaa nama hindhamaasu jedhan. obbo EEBBAA baga Waaqayyoon isin gargaare.
@eluskaatube9850
@eluskaatube9850 4 ай бұрын
thank you Habtish
@user-bj3pf1pn6c
@user-bj3pf1pn6c 4 ай бұрын
Really nothing to say than thank you for your great job !
@user-ln8qv4bc1g
@user-ln8qv4bc1g 4 ай бұрын
Uuuuuuffee jechaa jaaba Babakoo😭😭🥰❤️👌👌✊💪
@Abdioro12-np5wm
@Abdioro12-np5wm 4 ай бұрын
Great job
@user-qo7ge4yh8n
@user-qo7ge4yh8n 4 ай бұрын
Waqayyoo isiniis haa yadatuu,baayyee hojii gaariidha. Yoomuu Qanqee!🎉
@mekonnenmelesse1618
@mekonnenmelesse1618 4 ай бұрын
Aboo Waaqayyo Ulfina isiniif haa kennu. Ulfaadhaa. Habtaamuu Lamuu, Ad. Adaanech akkasumas qooda fudhattoonni hunduu ani waanan jedhu natti ulfaate. Eebbifama.
@JibrilTajudin-jm3qn
@JibrilTajudin-jm3qn 4 ай бұрын
Jabadhu wangarihojjate senadha
@IfaaBoruu9607
@IfaaBoruu9607 4 ай бұрын
Habtmuu dhugaa Rabbii qabsoo gulaantaa gargaaraa qabdii .akaasi dhala oromoo gola oromiyaa keessaa deemtee funaantee iddoo handhuraa keenyaa qubachiisuun kee bayyee waan guddaandhaa.ani waan jedhee si galateeffadhuu hin beekuu .abbaan fedhe oduu haa oofuu qabsoon jawwee qofaani mitti jabaadhu qabsoo jechuun isaa kanaa.rabbiin umrii harraageessaa siif haa latuu 45:17 ❤❤❤❤❤
@jaalmaroabbasennaa4940
@jaalmaroabbasennaa4940 4 ай бұрын
Mashallha ❤❤❤❤❤❤
@getachewulfata7127
@getachewulfata7127 4 ай бұрын
Habteekoo ati nama guddaa waaqayyo uumaan nuf si kennedha. waaqayyo inni hubannaa fi ogummaa kana sif kenne haa galatoomu. waan gaarii hojjechuun waaqayyoon gammachiisuudha. guddaa galatoomi!!!!!!!!
@fikrunedesa
@fikrunedesa 4 ай бұрын
jabaadhu habtish ,galatoomis dhugaan dhugaa baafti
@walbummamasfin8767
@walbummamasfin8767 4 ай бұрын
wow, very interesting ❤too
@abdisaraya7045
@abdisaraya7045 4 ай бұрын
ani daran badaan gammade dhugaa waaqayyoo abbooti akkasii gargaarun eebbifamu dha. jiraadha!!
@shashomelkaa6550
@shashomelkaa6550 4 ай бұрын
Wow Abbaa koo umurii dheraa nuuf jaradhaa 🥰❤🙏
@chalabalcha1439
@chalabalcha1439 4 ай бұрын
ulfaadha! waanan jedhu hin qabu. eebbifama. waan Waaqayyoo jaalatu hojjetan. Habtish ebbifami. waa'ee nageenyaaf ergaa isaan dubbatan na gammachiise.
@tufawayesa
@tufawayesa 4 ай бұрын
Habtee : guddaa guddaa kabajami jiradhu! Sanyii kees waaqayyoo haa eebbisuu! Yeroo baay'ee miseensa lololtu bakka itti kufan Kan dhaban akka obboo Eebbaa kana nuf barbaadii !!!❤❤❤❤❤ Galatoomii !! Yaada Koo hin xumurre.......!!❤❤
@hawweeraaguutaa7466
@hawweeraaguutaa7466 4 ай бұрын
Maaaaaaaaaaaluma jedhuuuuuuuuuuuuu!!!!!!!!!!!! Aniyyuu abjuun waanan ilaalu natti fakkaate Ulfaadhaa itti haa fufu !!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
@eyobhirpatola7020
@eyobhirpatola7020 4 ай бұрын
Barbada Show Good Job!
@gedefalelisa3721
@gedefalelisa3721 4 ай бұрын
Waan baay'ee ajaa'ibaati! Dhugaa dubbachuuf baay'ee, baay'een gammade! Inni seenaa gatamaa lafaa kaasu Waaqayyo haa ulfaatu! Warri Oromummaa hojiidhaan agarsiiftanii galgala jaarsa kanaa bareechitan galgalli keessan haa bareedu. Habtee gatii dadhabbii kee Waaqayyo siif haa baasu baga biyyatti deebite, kun bu'aa wal-hubachuu fi waldhaga'uuti hunduu galatoomaa!
Abbaaf Haadhakoo sababa qabsoonin Dhabe!!!
58:46
Qaanqee Show
Рет қаралды 19 М.
Does size matter? BEACH EDITION
00:32
Mini Katana
Рет қаралды 20 МЛН
I Can't Believe We Did This...
00:38
Stokes Twins
Рет қаралды 133 МЛН
Gym belt !! 😂😂  @kauermtt
00:10
Tibo InShape
Рет қаралды 14 МЛН
Now THIS is entertainment! 🤣
00:59
America's Got Talent
Рет қаралды 39 МЛН
Obbo Eebba lammi masiiqo March 5, 2024
6:27
Oromia Heritage Media
Рет қаралды 2,4 М.
Amerikaan keessaa Hin qabdu-Buzee fi Takkee new 2022
11:24
BUZEX BOHARSA
Рет қаралды 436 М.
Yeroo jaalalaa-Artist Adem Harun jaalala himate
11:20
Melko
Рет қаралды 200 М.
Haadha manaa namaa wajjiin qabame doktoriin comedy afaan Oromoo
21:54
FiB: Himanni narratti dhiyaate hin jiru, Sababan hidhameefis hin beeku - Sabboontuu Ahmed
16:01
FIB Advertising & Requiretments
Рет қаралды 436 М.
Kamer Yusuf concert in Melbourne 2024
35:39
ziad diretube
Рет қаралды 60 М.
Manguddoo Masiinqoo rukutuun beekaman obbo Eebbaa Lammii
7:07
Saambee entertainment
Рет қаралды 3,6 М.
Nama Jalqabaa, Elikoopterii Shimalaan dha'ee nama  kuffiise!!
24:12
Qaanqee Show
Рет қаралды 23 М.
Дымок или Симбочка?? 🤔 #симба #симбочка #mydeerfriendnokotan
0:19
Симбочка Пимпочка
Рет қаралды 2,6 МЛН
MrBeast Встретился С Сигмой😳 #shorts
0:48
a_ve_znali
Рет қаралды 3,3 МЛН
Утонуть НЕВОЗМОЖНО 😱 #Shorts
0:19
ФАКТОГРАФ
Рет қаралды 2,6 МЛН