Keessumaa Mo'aa - Faar.Eliyaas Gabulaa waliin

  Рет қаралды 6,891

MO'AA TV

MO'AA TV

Жыл бұрын

#SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
SAGANTAA KEENYA YEROO HUNDA ARGACHUUF FUULAA FACEBOOK KEYNAA LAYIIK GODHAA. 👇👇👇
/ moaatv
CHAANALLII KEYNAA YUUTUBII SAABISKIRAYIB GOCHUUN SAGANTAALLEE KEYNAA YERROO HUNDAA BAKKAA HUNDAATTII HORDOFUU DANDEETAAN. 👇👇👇
/ @moaatv479
Copyright ©2020: Mo'aa TV
Note: unauthorized use, distribution and re-upload of this content is strictly prohibited

Пікірлер: 38
@Asha-tt6xn
@Asha-tt6xn 3 ай бұрын
Nama kana Waaqayyoo isaa haa eebbisuu Elioo keenyaa 😊❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@MiiltooLejissa
@MiiltooLejissa Ай бұрын
Ebbifama waaqayyoo Isin haebbisu ❤
@gadisatesfaye2600
@gadisatesfaye2600 9 ай бұрын
eeliyaas, naman baay'ee jaalladhu nama fakkeenyummaan gaariin irraa fudhatamu dha.waaqayyo si haa eebisu ani sirraa fakkeenyummaa guddaa argadheera. keessumaa nama hundaa, waldaa hundaa, magaalaaf baadiyyaa wal qixatti ilaaltee tajaajiluun kee adda si taasisa. eebbifami!!!
@keneniwakshuma1595
@keneniwakshuma1595 3 ай бұрын
Faarfannaanuu otuu bifa qabaatee eliyas gabula waan fakkaatun se'a ani
@user-di3pt7ou1g
@user-di3pt7ou1g 9 ай бұрын
Ammeeen Ammeeen Ebbifamaa
@latabayu7432
@latabayu7432 Жыл бұрын
Eliikoo obboleessakoo akka itti ani si jaalladhu atiyyuu beekta.
@user-hx7ik6mt4z
@user-hx7ik6mt4z 13 күн бұрын
Nama kana waaqayoo is haa ebisiiuu
@yomifkumsisabededa3469
@yomifkumsisabededa3469 10 ай бұрын
elias nama waaqayyoo ani hedduu jaaladhu
@elsatube9804
@elsatube9804 Жыл бұрын
Nagaa Waaqayyoo isiinfi haa guddattu F Eliyaas bayyee namaa ayyanaa Waaqayyoo irraa jirufi ba'umsaa namaa ijaruu namafi latu dha Waaqayyoo baraa isaa matii isaa haa eebbisuu
@yesuusgooftaa266
@yesuusgooftaa266 Жыл бұрын
Wowowowowowo nama guddaa ani jaalalaafi kabajaa guddaa qabuuf keessa tokkoodha ebbifama maqaa yesuusittin moo'a tv🙏🙏🙏📖📖🥰🥰💒💒📖📖 Maaloo tv irratti nuuf deebi'a nama waaqayyoo? Ani barumsa isin akkaa abbaaf haadhaati dheekamtan nu barsiiftan baay'een jaaladha dhugaa.baay'ee ittin jajabaadha.ittin ofi ilaala.ittiin gorfama barnootaa keessanitti eluu📖📖📚🥰🥰❤❤😭😭😭😭
@GemedaTola
@GemedaTola 3 ай бұрын
Janadhuu nama waqayoo
@gulumadegefa9566
@gulumadegefa9566 Жыл бұрын
Eefireem sagaleekee itti dabali
@yesuusgooftaa266
@yesuusgooftaa266 Жыл бұрын
Ebbifama maqaa yesuusitin haadhoo koo🙏🙏🙏🙏🤲🙏💒💒💒💒📖📖📖📚📚🥰🥰🥰❤❤❤
@user-zm8mf2yi7j
@user-zm8mf2yi7j 7 ай бұрын
Galatoomi eelookoo
@aseefaasee7265
@aseefaasee7265 Жыл бұрын
Uuuuuuuufeeeeeeee iyesus kiristoos ulfaadhuu atii ebbiifaamaa nama waqaayyoo Elsaa ❤❤❤❤
@KaruKaru-dp3rs
@KaruKaru-dp3rs 7 күн бұрын
❤❤❤❤❤
@abdetaterfaofficial6166
@abdetaterfaofficial6166 Жыл бұрын
Eluko akkan si jaalladhu mee
@gurmumacho4011
@gurmumacho4011 Жыл бұрын
Really, I was looking forward for Elias's interview. Thanks Mo'aa TV.
@shewetesheti1506
@shewetesheti1506 Жыл бұрын
Waaoooouuu, baayyee namatti tola,naagaan,nuukootu,siiegnnaa,Eeluu, waaqaayyoo siihagargaru
@chancestar
@chancestar Жыл бұрын
Elo bayye si jaldhana KZfaq mata Keti bante barsisaa kee achin uttu itti fuftee bayye garridha ❤
@SurprisedFerryBoat-uq4pn
@SurprisedFerryBoat-uq4pn 4 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@yesusejirata4025
@yesusejirata4025 Жыл бұрын
Ammmmeeen Ammmeen waqqayyoo siif haa ebbisuu obbolata koo barumsa gaarii nuf darbasuu jiratuu🙏🙏🙏🙏
@beteleshifarra5378
@beteleshifarra5378 Жыл бұрын
❤❤❤❤❤ebbifama keenya ello❤ kumaa nuf jiraadhu
@almazhilu979
@almazhilu979 Жыл бұрын
Ebifaamaa obbolotaa koo waqayoo isinaa ebisuu dhugaa
@kenasagetachew167
@kenasagetachew167 Жыл бұрын
Gooftaan guddaa godhe si haa eebbisuu!Ani yeroo addadaati barsiisa Wangeela kessatti eegamuu qaba jedhe barsiisaan ture kun immoo lola baay'ee waan ana irratti kaaseef dhiisuu barbaadeen ture garu haasaan keessan jireenya koo damaqseera.Eebbifama!
@yesusguda2145
@yesusguda2145 Жыл бұрын
Eebbifamaa baayyee namaati tolaa Eebbifamaa
@bekelechali3304
@bekelechali3304 Жыл бұрын
Barsiisi Eliyaas Gamulaa Mo'aarratti kennaa ture baay'ee kan namatti toluudha. Barumsicha dhabee baay'eetu nyaatame.
@sisaayiiabdisa
@sisaayiiabdisa Жыл бұрын
Nama jaabadha Ebifama dacha dhugaadha nufjiraadhaa
@almazhilu979
@almazhilu979 Жыл бұрын
Farafataa kenyaa eliyas waqayoo sin haa ebisuu essumatii nu duraa badee garuu hedduu isiin jalanaa dhugaa
@janatjana658
@janatjana658 Жыл бұрын
Waqayo isni haa ebbisuu ebbifamii ma'oo TV
@gadiseaga6451
@gadiseaga6451 Жыл бұрын
Faar. Isa maloo mee essaraan argaana?? faarsaa nama kana bayy'ee nama ebbisaa.
@tsionzinabu7198
@tsionzinabu7198 Жыл бұрын
Maal gifti yeroo kana gaffi akkasi gaffatamoo
@shewetesheti1506
@shewetesheti1506 Жыл бұрын
Waan, ajaibsisadha,waan,isinirrabaradhe,anibaayyen,faarfanna,jaalladha, naajiradha,baayyeen,issin, jaalladha ijjoollee waaqaayyoo jaabadha
@harbuuoromiyaa2471
@harbuuoromiyaa2471 Жыл бұрын
Eebbifamaa Much love and respect😍😍😍😍
@ebisafirdisa8448
@ebisafirdisa8448 Жыл бұрын
eebbifamaa!!!!!
@hunb5347
@hunb5347 Жыл бұрын
😍😍😍😍😍
@SaraJeses-rv5kb
@SaraJeses-rv5kb 7 ай бұрын
eliyeeee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@shewetesheti1506
@shewetesheti1506 Жыл бұрын
Welcome EeluandEffi🙌🙌💕😍💓🥰🥰🤭❤️👏👏👏👏👏🙏🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️❤️👏
Amazing weight loss transformation !! 😱😱
00:24
Tibo InShape
Рет қаралды 53 МЛН
Alex hid in the closet #shorts
00:14
Mihdens
Рет қаралды 11 МЛН
#eliyas gabula @glaloshow, kutaa 3ffaa
27:52
Galo show
Рет қаралды 8 М.
Aartii Mo'aa - Faar. Tamaam Faaris Waliin
44:39
MO'AA TV
Рет қаралды 21 М.
EBISA BAYISA : AMMAS ABDIIN JIRA (ft Elias Gabula & Sidise Tamiru)
8:41
'Yeroo Jaalalaa' Faayoo Mootii waliin 20 07 2012
17:11
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 163 М.
NAMA WAAQAYYO ITTI DUBBATE AKKAMIIN BEEKNA? KUTAA 4FFAA.
24:46
Elias Gebula official Channel
Рет қаралды 994
Keessummaa Mo'aa - Faar.Asteer Kabbabaa waliin
51:33
MO'AA TV
Рет қаралды 27 М.
Yeroo Jaalala
23:11
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 130 М.