Keessummaa Mo'aa - Faar.Asteer Kabbabaa waliin

  Рет қаралды 27,478

MO'AA TV

MO'AA TV

Жыл бұрын

#SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
SAGANTAA KEENYA YEROO HUNDA ARGACHUUF FUULAA FACEBOOK KEYNAA LAYIIK GODHAA. 👇👇👇
/ moaatv
CHAANALLII KEYNAA YUUTUBII SAABISKIRAYIB GOCHUUN SAGANTAALLEE KEYNAA YERROO HUNDAA BAKKAA HUNDAATTII HORDOFUU DANDEETAAN. 👇👇👇
/ @moaatv479
Copyright ©2020: Mo'aa TV
Note: unauthorized use, distribution and re-upload of this content is strictly prohibited

Пікірлер: 97
@Dani-mk1qy
@Dani-mk1qy 14 күн бұрын
Ulfaadhuu yesuus atii yeroo qabdaa uuuuuuuufee bagaa gargaramtee hadhoo❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢 Ulfaadhuu yesuus
@TerefeBikila
@TerefeBikila 5 ай бұрын
sagantaan keessan hunddi gaaridha. Abba duula gamadaa keesummaa godhaati seena jireenya isarra me wabaranna.
@tilahunfeyisa-xd9bv
@tilahunfeyisa-xd9bv 9 ай бұрын
Wangeela jette gati bastee waaqayyoo gatii siif baasa ebbefami
@sinbookoo3378
@sinbookoo3378 9 ай бұрын
Dhamsi.koo.sabba.gofta.waali.qarqarun.kena.waaqyotu.nuuf.dubate.adara.tari.kan.midaya.argatin.godati.rakatarnis.dhabamu.mo.a.nuuf.jiradha.hojin.kun.iti.haa.fufuuuu.❤❤❤❤❤❤
@HambiBirhanu
@HambiBirhanu Жыл бұрын
Wantii hunduumtuu amaa guyyaan ga'utii firootakoo goftaati haa jabanuu obboletiko waqayoo innii tv mo'aa hundessee haa jajaamuu ameeeeeeeeeeeeen aaameeeen
@abdiijiraata7809
@abdiijiraata7809 Жыл бұрын
uuuuffee yesuu galanii siif haata'uu Astuu koo bagaa gargaaramtee ulguuftoo koo💔🥰
@user-ur3ge4ph4m
@user-ur3ge4ph4m 2 ай бұрын
Wawoo gudaa Ebifamaa dhugaa❤❤❤❤❤
@wayessagurmessa1626
@wayessagurmessa1626 Жыл бұрын
Waaqayyo abbaan baga si gargaare
@Atina450-gv3vc
@Atina450-gv3vc 10 күн бұрын
Ebbifamii dhugaa ❤❤❤❤❤❤❤
@Dani-kr2hq
@Dani-kr2hq Жыл бұрын
Bags Waaqoyyo so Gargaare astuu
@user-yb3ub8bq1e
@user-yb3ub8bq1e 5 ай бұрын
Inni senna namaa jirijiruu waqni kenyii haa galatefamuuuuu
@derejebeyene8600
@derejebeyene8600 Жыл бұрын
Astuu yeroon Faarfannaa kee dhaga'aa ture, ati dhugumaan akkas rakkatta hinseene. Astuu Uf Uffee baga deebisee si yaadate waaqayyoof galanni haata'u. Mo'aanis haagalatoomu
@workekorjo1214
@workekorjo1214 11 ай бұрын
UUUUUUUUUUUUUU BAAY'EE GAMMADEERA DHUGAA.
@singermesiiAnbesa
@singermesiiAnbesa 2 ай бұрын
Uuuuuufffffff ebbifami astu koo❤❤
@henokyube2860
@henokyube2860 Жыл бұрын
Bagaa waqayyoo sii garagaree
@eyerusbayu6381
@eyerusbayu6381 Жыл бұрын
Tv mo'aa ebifamaa Malo namaa astu arguun barbanaa.
@ElshadaayiikOYESUUS
@ElshadaayiikOYESUUS Жыл бұрын
Baga hala kanan debite dhuftee!!! ast. Koo Waaqayyoo garridhaa!!!! Jabadhuu si jalana
@shewetesheti1506
@shewetesheti1506 Жыл бұрын
Waaqooyyoo,isiin, haaeebbisu ijjoollee waaqaayyoo jaabadha 🙏 🙏❤️❤️💓💗😍🥰🙌👏,astu,Koo,Baga,nagan,nuf,dhuftte
@ijiguolana3474
@ijiguolana3474 Жыл бұрын
Gaafan interview kee dhagahu booyaan dhaggeeffadhe harra gammachuudhaan Baga Waaqayyo guyyaa siif fide mo'atte mootuukoo Abbaan sigargaaree seenaakee jijjiire Gooftaan keenya fayisaan keenya yesuus Kristoos haa ulfaatu.
@takedereje5450
@takedereje5450 Жыл бұрын
Warri imimanin sanyii isaani facasan ni ulfaatu waqayyo baga si gargare
@spookynightss
@spookynightss Жыл бұрын
Waaqayyoo beekadha Astuu
@shewetesheti1506
@shewetesheti1506 Жыл бұрын
Àmeen Ameen,Asttukoo,waan, bayye n,sirraa,baaradhe,Ani,yero, hunduma,abdikuten,bo'an,tureamma,Garu, waaqaayyootti,jabatani,yokadhatani, waaqayyo,gargara,atis,fakkenya,mutate,jirtta, ebbifami mucaW yyoo ammalle waaqaayyoo ogummasa siif hadabalu dhugaa baayye nama tti tola kanuman caalati ayyani waaqaayyoo siif haadabalamu ❤️❤️❤️❤️❤️💓💓💗😍😍❤️❤️❤️👏 👏👏👏👏👏👏👏👏
@IddoosheeKumarra
@IddoosheeKumarra 3 ай бұрын
Waqayyoo sena jijiira
@abdiiolqaba5891
@abdiiolqaba5891 Жыл бұрын
WARAANA MALEE NI INJIFATTAA!
@tiringotiri4859
@tiringotiri4859 Жыл бұрын
Waqayyoo dubatee dubisaa faanaa jiraa bagaa waqayyoon gargaraamtee astuu kiyaa eebbifamii maqaa yesuusiin eebbifamaa 🙏💞💞💞🙏🙏🙏🙏🙏
@gadisemamo4909
@gadisemamo4909 Жыл бұрын
Bagaa gargaramtee hadhoo kenyaa inni sii gargaree goftan galataa guddaa haa fudhatuu
@AberaGudisa-cj4se
@AberaGudisa-cj4se Ай бұрын
Hammalee urga'iii
@burtedabela4028
@burtedabela4028 Жыл бұрын
Uuuuuufffffeeee ameeeeee ameeeeee ameeeeee ameeeeee ameeeeee Hadhookoo baga waaqaayoo sigagaree dhugaa baatuu mana saa sii godhatee nama galata sigodhe ebbifaamaa daachaa ebbifaamii ulfaadhuu iyesuusi koo maaqa kee ya kabajamuu ulfaadhuu iyesuusi koo abbaa koo miichu laafa onaa wabiikeenya gafaduumaa iyesuusee gaalanii 😥😥😥😥😭😭😭🙏
@tadelechmulunehmuluneh7080
@tadelechmulunehmuluneh7080 Жыл бұрын
Uuuuuffffffiii 😭😭😭😭😭 farfanaa bayee ittin ebbifamedha,, waqqayyo baraa jirenyaa kee haa Ebbisuu Astu koo
@user-dv6wi9er1u
@user-dv6wi9er1u 11 ай бұрын
Ebbifaamii💝💖❤️❤️
@carraagaarii
@carraagaarii Жыл бұрын
Ameen ameen ameen Eebbifami eebbifamtu koo ayyaanni dachaa siif haa baay'atu
@JiregnaJesus-tj8ld
@JiregnaJesus-tj8ld Ай бұрын
Eebbifami❤❤❤❤❤❤
@astertesfaye303
@astertesfaye303 6 ай бұрын
Namotaa akkasii kana waan irraa haafanii jirtaan kana waan baayyee irraa hubadhee jajaabadhanii har'aa Astuukoo jabadhuu ammalee sif gaariidhaa sif❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-en2xu5un8t
@user-en2xu5un8t 3 ай бұрын
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
@caltuutuluu3495
@caltuutuluu3495 Жыл бұрын
Ameeen ameeen farsa kana esaran argachu dadenyaa ebifami oboleto kenya ebifama laman kesanuu
@keneniyoutube
@keneniyoutube Жыл бұрын
Dhugaa namnii waqayo kufee in afuu astuu bagumaa waqayo sii gargaree anii senaa kee dhagefadhee bayee iraa baradhee dhugaa anii karaa amataa kanaa dhufee dhiyenyaa garuu senan kee kunii akkan jabadhee dhabadhuu naa tasisee
@yesusejirata4025
@yesusejirata4025 Жыл бұрын
Ammmmmeeen Ammmmeeen Ammmeen waqqayyoo siin haa ebbisuu astre koo ♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏
@isoyeso.777
@isoyeso.777 7 ай бұрын
Gochaa Waaqayyof safuudhaa . Seenaa nama jijiira❤❤❤
@durumandurome9834
@durumandurome9834 Жыл бұрын
Astuukoo waaqayyo bara Kee haa eebbisu dhuguma ayyaannisaa si dhaabeera ammallee bara Kee guutuu faarfachaa hafi
@faanuutubee9158
@faanuutubee9158 Жыл бұрын
Nama kaayoo qabuu omatuu gadii Hin qabuu gooftaf ha galtuu Kan ijoolee saf Kara banee 🙏🙏
@alamiicatuu2027
@alamiicatuu2027 9 ай бұрын
👌👌👌🙏🙏🙏🙏❣️❣️❣️❣️
@degagaetolika
@degagaetolika Жыл бұрын
Eebbiifamii Astuu keenyaa
@alamiicatuu2027
@alamiicatuu2027 9 ай бұрын
🙏🙏🙏❣️❣️❣️🎉🎉🎉
@chakejabesa8876
@chakejabesa8876 Жыл бұрын
Ameen Ameen ebbiffamii ayyaanna kanaarra caaluu siif haa dabaaluu sistuu koo abdii nuutti hoore 🙏🙏❤
@ireneac2534
@ireneac2534 Жыл бұрын
Dhiqi macaafa kana dubifadhu farsaa 21.
@muluuwarqi8112
@muluuwarqi8112 Жыл бұрын
Baga nagan dhifte astu ko ebifami dacha dacha ameeeen
@bontuabdiniijiraa5110
@bontuabdiniijiraa5110 Жыл бұрын
Amen amen uuuuuuuf yesusi sii haa ebisuu ebifamtuu too
@tolasa6521
@tolasa6521 Жыл бұрын
Farf.Aster baga gammade,Ebbifami baaye ittin fayyine
@adisgamaada5720
@adisgamaada5720 Жыл бұрын
Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen eebbifamaa waqayyoo isin haa eebbisu🙏🙏🙏🙏
@derejedufera9320
@derejedufera9320 Жыл бұрын
Baayyee Galatoomaa Warra Mo'aa
@medaneyibekagnal5255
@medaneyibekagnal5255 Жыл бұрын
Galanni Waaqayyoo isa jiraataaf haa ta'u
@derartumesgabu4888
@derartumesgabu4888 Жыл бұрын
Waqaayyoo guddaa inni akka nama nama hin dhisu maqaan isaa barbaran haa ebbifamu astuu koo haala kanan deebi'e si argu koof baay'ee gammadera dabale hojii waqaayyootti immoo baay'ee gammadera ❤❤❤❤🙏
@shewetesheti1506
@shewetesheti1506 Жыл бұрын
Duwwa,Duwwa,gutu,godha,arkkisa,,Ameen, Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Haalelluyyaa 📖📖🤲🤲📖📖🤲✊✊❤️💕, waaqaayyoo,baara, baara n, siihaaebbisu,
@user-nq7zp9ue8y
@user-nq7zp9ue8y Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@siifan.diroo9515
@siifan.diroo9515 Жыл бұрын
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉😢😢😢😢😢
@dereegemechu4329
@dereegemechu4329 Жыл бұрын
Ammmeeen Ammmeeen Ammmeeen Ammmeeen Ammmeeen Ammmeeen
@abdii0romoo431
@abdii0romoo431 9 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@senagedarame8274
@senagedarame8274 Жыл бұрын
wawuu jajabatuu muca kakuu Ayanii dachaan sif haa dabalamanii maqa yeessusin dhugaa halla kam keessatii waqaayyoo hin waqefama AMEEN AMEEN ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@fayerayoutube4900
@fayerayoutube4900 Жыл бұрын
Wwwww
@fayerayoutube4900
@fayerayoutube4900 Жыл бұрын
Baredukoo ebifamii
@siifanjesus3149
@siifanjesus3149 Жыл бұрын
Ishoooo astu koo jallatamtuu koo goftaan kana calattii si ha gargaaru
@ayeetuushow
@ayeetuushow Жыл бұрын
Waqaayoo sihaa ebisuu ebifaamaa waqaayoo senaa gedaaraa
@mozaratherpa4572
@mozaratherpa4572 Жыл бұрын
Ameeeeen ameeeeeen ebbifami 😭🙏❤️❤️❤️❤️❤️🎷🎷🎷🎷👏👏👏💔💔
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 Жыл бұрын
Urgooftuudha ato silaayyuu bareeduukoo ❤😭😭😭❤❤❤
@SarahSarah-ni9bm
@SarahSarah-ni9bm Жыл бұрын
Ebiifaamaa tiiv moohaa
@adanuugalataaadanuugalataa6655
@adanuugalataaadanuugalataa6655 Жыл бұрын
Bagaa waqayyoo sii gargaree❤️❤️
@mushureedanabo2376
@mushureedanabo2376 Жыл бұрын
❤❤❤❤
@ofinbontuuintalaaoromoo4209
@ofinbontuuintalaaoromoo4209 Жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuuffffeee kaaa bagaa gargaramteee aster koo😭❤
@fanushalomicom1137
@fanushalomicom1137 Жыл бұрын
Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen ebbifami astu koo
@senagedarame8274
@senagedarame8274 Жыл бұрын
AMEEN AMEEN AMEEN Ebbifama matii waqaayyoo
@dararaabdisa
@dararaabdisa Жыл бұрын
Waaqayyoof galanni haata'u 🙏💎
@imuugirma7179
@imuugirma7179 Жыл бұрын
Ameeen eebbifamii Astuu koo😢
@eirbaya5517
@eirbaya5517 Жыл бұрын
Ameeeeen 🙏 Ameeeeee Ameeeeeeen Ameeeeeen Eebbifamaa Eebbifamaa 👏🤲🙏😭👏🤲🙏💕💚🌹💐
@gadisahayilu5689
@gadisahayilu5689 Жыл бұрын
God Is Good!!
@amkm8503
@amkm8503 Жыл бұрын
Uùuuuufffffff imayyeko baga nuf deebite naman farsa ishe dhaggefacha gudadhef ammas dhaggefachuf jarjaru nuf jiraadhu astuko
@biyyajiruu3672
@biyyajiruu3672 Жыл бұрын
Baga waaqi si gargaare faarf astu hedduu si jaalanna!!
@bekelcheetemesgen5906
@bekelcheetemesgen5906 Жыл бұрын
Ebbifamaa ebbifamaa dacha
@kumelaayansa8157
@kumelaayansa8157 Жыл бұрын
Baga waaqayyoo si gargaaree.
@huaweiy5lite508
@huaweiy5lite508 Жыл бұрын
Akka kanatti deebihee si arguukof waaqayyo baayyeen galateeffadhaa Baga ifatti siif hojjate waaqnikee
@kiyaadunya3002
@kiyaadunya3002 Жыл бұрын
Yes ameeen
@bizuudxb-gf2fp
@bizuudxb-gf2fp Жыл бұрын
Ameeeeen.ameeeeee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@chaltufayisa1400
@chaltufayisa1400 Жыл бұрын
𝙬𝙖𝙦𝙖𝙮𝙤 𝙗𝙖𝙜𝙖𝙖 𝙨𝙞𝙞 𝙜𝙖𝙧𝙜𝙖𝙧𝙚 𝙖𝙨𝙩𝙪𝙪 🥰🥰🥰
@rajijifar6607
@rajijifar6607 Жыл бұрын
Ameeeeeeeeeen Ameeeeeen
@sisaayiiabdisa
@sisaayiiabdisa Жыл бұрын
Uuuuufffffeee ulfiinii Waaqayyoof haata, uu dhugaadha baaga garggaraamtee haadhokenyaa!!!!!!!!!@@@
@hidertaleb9750
@hidertaleb9750 Жыл бұрын
❤️❤️❤️❤️❤️💯🙏🙏📖
@hawwiimolee7887
@hawwiimolee7887 Жыл бұрын
💕💕❣💔💔💔💝
@biraneedisasa9104
@biraneedisasa9104 Жыл бұрын
𝘼𝙢𝙚𝙚𝙚𝙣 𝘼𝙢𝙚𝙚𝙚𝙣 𝙚𝙗𝙗𝙞𝙛𝙖𝙢𝙖𝙖 🙏🙏🙏🙏🥰😍❤️😭😭
@amkm8503
@amkm8503 Жыл бұрын
💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖
@senagedarame8274
@senagedarame8274 Жыл бұрын
Qaxamura karanii kee Farfan kee nanii childhood bayyee
@maradanayee5012
@maradanayee5012 Жыл бұрын
Uuuuuuuffffffeeeee isa galatu goftan
@abezuufiqadu7202
@abezuufiqadu7202 Жыл бұрын
🙏🙏🙏🙏🙏🥰🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏❤❤
@sinbookoo3378
@sinbookoo3378 9 ай бұрын
Uuuuuufffffeeee.yesus.abba.akka.kufaniti.naama.gaane.sena.laphee.nsma.caabsu.garu.yesus.du.a.kaasa.uuufffeee.abba.koo.dhuga.hati.ilmoni.belaye.jete.wani.futu.dhabdu.jechun.baaye.baaye.cimadha.sena.aka.koti.isafi.haa.galtu.wanti.jijirmne.jiru.idoti.egudha.male.😢😢😢😢😢😢.mo.a.tivi.namota.aknati.oso.waqyon.hojatani.kun.mudatu.nuuf.hordofa.
@user-cb2jp7nr5p
@user-cb2jp7nr5p Жыл бұрын
𝐰𝐨𝐰 𝐞𝐛𝐢𝐟𝐚𝐦𝐢𝐢𝐢
@abdiiolqaba5891
@abdiiolqaba5891 Жыл бұрын
WARAANA MALEE NI INJIFATTAA!
@burtedabela4028
@burtedabela4028 Жыл бұрын
Uuuuuufffffeeee ameeeeee ameeeeee ameeeeee ameeeeee ameeeeee Hadhookoo baga waaqaayoo sigagaree dhugaa baatuu mana saa sii godhatee nama galata sigodhe ebbifaamaa daachaa ebbifaamii ulfaadhuu iyesuusi koo maaqa kee ya kabajamuu ulfaadhuu iyesuusi koo abbaa koo miichu laafa onaa wabiikeenya gafaduumaa iyesuusee gaalanii 😥😥😥😥😭😭😭🙏
@genethailutadese8004
@genethailutadese8004 Жыл бұрын
Bagaa waqaayyoo sii gargaree astuu
Tumsa Mo'aa  - Faarfattuu Asteer Kabbabaa waliin
1:29:42
MO'AA TV
Рет қаралды 52 М.
Keessummaa Mo'aa - Faar.Yaadanii Shifarraa waliin
1:00:39
MO'AA TV
Рет қаралды 14 М.
ROCK PAPER SCISSOR! (55 MLN SUBS!) feat @PANDAGIRLOFFICIAL #shorts
00:31
아이스크림으로 체감되는 요즘 물가
00:16
진영민yeongmin
Рет қаралды 34 МЛН
Aster kababa farfannaa bayyee namatti tolu
14:18
Nardos Tube
Рет қаралды 75 М.
OMN: Qophii Keesummaa - Daawitee Mokonnon waliin.
43:51
Yeroo Jaalalaa
30:51
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 60 М.
Baacaa Bayyanaa: Hin Darbe 2006 VCD
44:28
Ulfina Tube
Рет қаралды 128 М.
Keessumaa Mo'aa - Faar.Eliyaas Gabulaa waliin
1:05:17
MO'AA TV
Рет қаралды 7 М.
ANGAFA NAGAA KOO || FAR ASTEER KEBABA @ifafayinatvofficial1906
17:10
Ifa Fayina TV Official
Рет қаралды 32 М.
ROCK PAPER SCISSOR! (55 MLN SUBS!) feat @PANDAGIRLOFFICIAL #shorts
00:31