Keessummaa OMN: Turtii Pir/N/Oromiyaa duraanii Obbo Juneeydiin Saaddoo faana taasifame kutaa 2ffaa

  Рет қаралды 36,625

OMN

OMN

5 жыл бұрын

Keessummaa OMN: Turtii Pirezedaantii naannoo Oromiyaa duraanii Obbo Juneeydiin Saaddoo faana taasifame kutaa 2ffaa

Пікірлер: 93
@miftahmuktar6870
@miftahmuktar6870 5 жыл бұрын
Namni Obbo Lammaa Magarsaatti aane Oromiyaa Hin guddiisa jedhe abdaadhu Obbo Juuneeydii Saaddooti. Sabbonaa Oromoo Umrii dheeraa sif hawwa😍
@marimagudato5952
@marimagudato5952 5 жыл бұрын
Wwwooowww absolutely amazing man obbo Junayede Sado you are important person for oromiya 😍😍😍😍
@neftenyaqomaxa463
@neftenyaqomaxa463 5 жыл бұрын
Juneydi Saddo is very intelligent, educated, exprienced person so he will help our country we need to work with him and learn from his experience plus wisdom.
@FMN8221
@FMN8221 4 жыл бұрын
I would like to thank OMN for hosting our former regional president Mr. Junedin Sado. Really he is smart and well educated to bring excellent change to this country. Qaxalee fi cimaa nama keenya umrii dheeraan isiniif hawwa. Maaloo itti haa yaadamu bakka isaaniin madaalutti muudamni ol'aanaan
@amiinootube2915
@amiinootube2915 5 жыл бұрын
Dhugaan hin turti malee hin baddu. Dhugaa kee sobaan jijjiiranii worri si faalaa turan hunduu hojii isaanii argataniiru
@peacelove1814
@peacelove1814 5 жыл бұрын
Obbo juneeyidn saaddo Nuu jiraadhu ❤️💚 💚❤️
@gammachuuturaa5319
@gammachuuturaa5319 5 жыл бұрын
Obbo Junadiin ammallee oromiyaaf nama barbaachisaadha. Oromoonni Dhiifama siif gochuuf duubatti hijedhani. Namni tokkichi ana dabalatee dhiifama kansiihingoone jira natti hinfakkaatu. Ammallee OPDO/ODP keessa jala deemtuu fi sanyiin haftee nafxanyaa baayyeetu jirti.Obbo Junadiin yaasabboonaa koo ammallee qabsooti deebi'I. Sibarbaanna. Abiyyii hatattamaan Junadiin simadhuutti bakka Lammaatti nuufhaabu'u.
@amiiromer7124
@amiiromer7124 5 жыл бұрын
Nama Jabaadha itti Fayyadamuu qabna dhaloonni ejjanno kee Hedduu dinqisiifadha
@zeynebaali8292
@zeynebaali8292 5 жыл бұрын
Thank you OMN
@bontujimmaabajiffar1859
@bontujimmaabajiffar1859 5 жыл бұрын
Alhandulilah we are free now..you shuod be happy ...Allah is listening to our prayer. Galatoma thanks.✌✌✌💖💖💖💖✌✌
@AJ-co7ky
@AJ-co7ky 5 жыл бұрын
Thank you Team OMN always behind you
@walmaleetube7835
@walmaleetube7835 5 жыл бұрын
Kabajamoo Abbo Juunneddiin ammallee nama Oromiyaadhaaf barbaachisuudha .
@marimagudato5952
@marimagudato5952 5 жыл бұрын
We love you respect you support you because qabesso kattu asene nuu gayya gallata gudda nuura qabedda thanks so much urrme darra
@qoomonwal-argee2962
@qoomonwal-argee2962 4 жыл бұрын
Obbo Junaddin Saddo Gaggessuma Biyyatti Keessatti Deebi'uu Qaban
@hannabekele2595
@hannabekele2595 5 жыл бұрын
Omn midiyaa kan Oromo fi Oromiyaafi quqamu gudaa galatoma guyoo wahariyoo baye namati tolitaa jabadhu 🖒🖒👏
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 2 жыл бұрын
Guddaa guddaa galatoomi guyo kanaa 😎
@qoomonwal-argee2962
@qoomonwal-argee2962 4 жыл бұрын
Guyyo Wariyyo Obbo Junaddin Saddo Afaan Kabajan Guttame Fi ija Kabaja Qabdun Hasofsiftee. Kana Jechuun Akka Hangafa Keetitti Hasofsifte. Kanaafuu Kabajamii Siin Jechuu Barbada
@abebeejeta4270
@abebeejeta4270 5 жыл бұрын
dhugaan ni qallatti malee hin cittu jedhama .umurii dheeraa jiraadhu.!!!!! kabajamoo obbo J.Saaddoo
@magictouch5606
@magictouch5606 4 жыл бұрын
Mee jawaar nuf gargarii gosh amalee waqayoon umurii sif yaa dheresuu
@umaramaan7578
@umaramaan7578 5 жыл бұрын
I am with you my hero
@sarakaleabes2133
@sarakaleabes2133 5 жыл бұрын
He is not a hero Ethiopia got a lot of decent heroes
@fahmiroobe1698
@fahmiroobe1698 5 жыл бұрын
Maashaa allaah maashaa allaah
@dugabasmekonnen1451
@dugabasmekonnen1451 5 жыл бұрын
Obbo Junaadiin fastened the 15 cm nail, Thank you !
@amiinootube2915
@amiinootube2915 5 жыл бұрын
Ammas worri Oromoon akka bakka guddaa hin geenyeef halkanii guyyaa hojjataa jiran ni jiru. Ati ni beeytaa saaxili .
@tegalmbetametlekethemerttb3494
@tegalmbetametlekethemerttb3494 5 жыл бұрын
ጋዚጠኛውን በጣም ደስ ይለኛል
@muheeseli2643
@muheeseli2643 5 жыл бұрын
obbo juneeydii osoo obbo jawwaar wajjin paartii tokko nuuf ijaaraa
@abeduabedu532
@abeduabedu532 5 жыл бұрын
Namichi odoo angoon itti nuuf kennamee oromiya ethopiya hin ceesisa jedheen abdadha
@abdulazeezjihad4029
@abdulazeezjihad4029 5 жыл бұрын
abedu abedu 👍🏾
@tarikumekonnengutema4934
@tarikumekonnengutema4934 5 жыл бұрын
Namoota akka obbo Junedin fayyadamuuun gudina Oromiyaatiif dirqama, Muxannoo fi beekumsa akkasii salphaatii hinargamu.
@amitymariomario9023
@amitymariomario9023 5 жыл бұрын
Dhugaa ketti junadi jabdhuu dhiraa nama sijaladhaa
@megersadinsa
@megersadinsa 5 жыл бұрын
Saayinsiif teeknolojii maaf hin deemiinree baqachuutu furmaataa? Sabboonummaan dhaabbatanii falmuudha akka Obb Lammaatti
@dargeadenew9676
@dargeadenew9676 5 жыл бұрын
Thanks, OMN for presenting Obboo Juneyidin Saddoo, Very Vibrant and Energetic!!! Long Live
@benelbazen7931
@benelbazen7931 Жыл бұрын
Thanks Omn
@obsaaman8489
@obsaaman8489 5 жыл бұрын
Baayyeen gammade Obboo Juneedii Saaddoo nama oromiyaaf akkasumas biyya kanaaf wiirtuu duugdaa ta'ee tajaajiluu dandahuudha dhugumaan biyya kanaaf ni yaadu yoo ta'e nama kanaaf ministeera saayinsii fi teknolojiitti deebisanii beekumsa inni qabu kana yeroo hafte kana keessaatti akka biyya kanaaf gumaachee darbu carraan laatamuufii qaba. namoonni hedduun yaada faallaa kana akka qaban beeka garuu wanti beekuu qabnu sirna nama nyaataasana keessatti dhiibbaa hooggantoota keennarra gahaa ture haa yaadannuu,hooggantoonni keenna hamma aarsaa lubbuu akka ta'an beekna obboo Juneeyddinis wanti isaanirratti raawwatame shara xaxanii qopheessan keessa ummata waliin addaaan baasuuf shira qophaaye tahuu beeynee hayyootaa fi beektota keenna haa tikfannu jechuun dhaamsa kiyya umrii dheeraa obboo Juneedii saaddootiif
@khalifasherif5884
@khalifasherif5884 5 жыл бұрын
Aja'iba
@iliveinoromiaooromoneng2674
@iliveinoromiaooromoneng2674 5 жыл бұрын
Dhuguma ajaiba lakki
@neftenyaqomaxa463
@neftenyaqomaxa463 5 жыл бұрын
Ummanni keenya Xiinxxallaa Siyaasa gahaa hin qaban, waanuma diinni itti hime amanu kanaafu hayyoota keenya kan barnoota fi muuxannoo fi leenjii gahaa qabu kan akka M.N.O duraani Juneeydii Saddoo k.k.f hundaa itti fayyadamnee biyya teenya guddisuu ni dandeenya jedhee yaada. Garuu yartuu fi diinni tokko tokko hayyoota keenya hunda kan ummata isaatif quuqama qabu hunda ummata biratti olola irratti oofani maqaa balleessuu akka isaan ummata isaani biratti kufaniif qabsoo halkanii guyya godhan jira. Kanaafu doofan keenya hundi dammaqu qaba, ykn ummanni dhagayuu qaban, Hayyoota keenya diinni fi warri garaaf bitame maqaa balleessuuf tattaafatu cancerii gabrummaa jalatti nu deebisuuf. Kanaafu oromoon qaroo ta'uu qabna kallattii adda addaatin Xiinxxallinee waa laalu nu barbaachisa, Hayyoota keenya kan dogongoran gorfachuu fi qimmiiduu danda'u nu barbaachisa.
@Bari.980
@Bari.980 5 жыл бұрын
Dhugaa obbo juneeydiin nama jabaadha hoggontoonni amma waa baayyee irraa baru qaban
@terefebirhanu8680
@terefebirhanu8680 4 ай бұрын
oboo junidii saadoo booakmmii
@muhamedomr230
@muhamedomr230 5 жыл бұрын
Hayuu nama
@nanatahmadi1013
@nanatahmadi1013 5 жыл бұрын
obboo juneedii saadoo agoo argchuu qabbaa
@mohammedferehan962
@mohammedferehan962 5 жыл бұрын
Baaye si jaalanna obbo junedi
@fatehaalhelwa1446
@fatehaalhelwa1446 5 жыл бұрын
Galatoomi hojii guddaa sirraa egna ammallee
@gadaoromo8479
@gadaoromo8479 5 жыл бұрын
Obbo junneddiin saddoo hedduu sii jalaannaa
@bontuwaritu2701
@bontuwaritu2701 5 жыл бұрын
Yaa rabbii kiyya 😭😭😭😭😭
@fatehaalhelwa1446
@fatehaalhelwa1446 5 жыл бұрын
Dhaamsi ani ummata oromootiif qabu diiniyyuu baroota dheera nunyaate nuwaliin nyaachutti jira waan dabre dhiifne walkabjnee irra waliif dabrinee harka wal qabannee waliin haaguddanuuuuu
@iliveinoromiaooromoneng2674
@iliveinoromiaooromoneng2674 5 жыл бұрын
Warri hoji isni abo OMN midia bilisa kan dhugadha
@shamsashamsa3589
@shamsashamsa3589 5 жыл бұрын
As wr wb mashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah tabrka 😍😍😍😍😍😍😍
@shamsashamsa3589
@shamsashamsa3589 5 жыл бұрын
❤❤❤❤👍👍👍
@abumamo5680
@abumamo5680 5 жыл бұрын
Ani gamma koof dhiffaamaa gaafadha juneddii sadoo Dhugaan keeti juneeddii
@obsituutube2028
@obsituutube2028 5 жыл бұрын
Guyyo warioo heddun natti tola hasaha isaa umri nuuf dheradhuuu lammii koo
@aliyibuli1289
@aliyibuli1289 5 жыл бұрын
Mallas rabbiin osoo nurraa karaa qabuu baatee gabrummaa guddaatu nurra tura ture.
@abduushmohamed6324
@abduushmohamed6324 5 жыл бұрын
Galatooma OMN
@fahmiroobe1698
@fahmiroobe1698 5 жыл бұрын
Fayyaa nuuf ta.aaaaaa
@fadilaakadiirdiniiislaamaj2337
@fadilaakadiirdiniiislaamaj2337 5 жыл бұрын
Nuf jiradhuu
@kwsc6625
@kwsc6625 5 жыл бұрын
Umrii nuuf dheeradhuu
@marimagudato5952
@marimagudato5952 5 жыл бұрын
Obbo Junayde saddo the best man
@mohammedabdulbasit574
@mohammedabdulbasit574 5 жыл бұрын
galattommi hayyuu keenna garuu gochi sirrati hojattame baayee namaa gaddisisa.
@gadisaabdallaafg6894
@gadisaabdallaafg6894 5 жыл бұрын
Obboo junediin dhugaan sabbona dha haaluma yeroo sanatuu isaa dirqee malee dhugaan nama sabbaa isatif quqamuu ammalee oromoof ni barbachisa
@desselove2695
@desselove2695 5 жыл бұрын
😓😓😓😓😭😭😭😭😭😭
@umaramaan7578
@umaramaan7578 5 жыл бұрын
Soorry wly bayye na gaddisiifte
@kiyakush3984
@kiyakush3984 5 жыл бұрын
Best of the best obbo juneydi saddo You are important person for oromia and ethiopia
@sarakaleabes2133
@sarakaleabes2133 5 жыл бұрын
He was TPLF dish washer true Oromo don't like him.
@sakataabera1
@sakataabera1 5 жыл бұрын
Are you sabboonaa by the way?
@onlylove9150
@onlylove9150 5 жыл бұрын
Maaliif bakka dhaabbatee itti nuuf hin fufne adda kuttanii jirtu
@muheeseli2643
@muheeseli2643 5 жыл бұрын
abshir
@kwsc6625
@kwsc6625 5 жыл бұрын
Kabajamoo Obbo Juneeydin Nama Oromiyaa irra darbee Afrikaaf barbaachisu dha
@kwsc6625
@kwsc6625 5 жыл бұрын
Kama Rabbin nurraa fuudhu fuudhe isa
@fadilaakadiirdiniiislaamaj2337
@fadilaakadiirdiniiislaamaj2337 5 жыл бұрын
Omn galatoma
@jirihlavacek6154
@jirihlavacek6154 5 жыл бұрын
Malumaaffii jalaa ta´aa turtteree?
@sabonturuduan5655
@sabonturuduan5655 5 жыл бұрын
Obboo lammaan kenyaa esa demanii abbaan qerroo kenyaa ???
@zelalemtekeletsadik6431
@zelalemtekeletsadik6431 5 жыл бұрын
This creepy man. He play innocent now.
@ugasabdala4064
@ugasabdala4064 10 ай бұрын
OPDOn hundii oromoodhaa?kan oromoo hin taanee keessa hin jiruu?yojiraatee dhugumatii mirga oromoof niqasaa'uu?namoonii dhaaba sabaa fi sablamootaa ja'aanii isin akkamitii ilaaltuu?
@mubeali9773
@mubeali9773 5 жыл бұрын
Namati tola ni jalanna
@bontuumotummaa4850
@bontuumotummaa4850 5 жыл бұрын
waan ati nu gotee uummaatni hin irraanfate setee homaasha afaani yastee dubaata konkaa ilmaa Getaacho Asafaa
@nagayaafbadhaadha3661
@nagayaafbadhaadha3661 5 жыл бұрын
Mall sigohde kijibiduu
@bontuumotummaa4850
@bontuumotummaa4850 5 жыл бұрын
otoon si argee mormaakee hullee mixmixaa fakkatu kana sirraa muree sareefan kenaa bushti
@mameawash8838
@mameawash8838 5 жыл бұрын
Namni tokko akka dhunfatti dhifaamaaa gafate erga jedhe dhifama godhutu caalaaa bro waani inni dubbattee hundi dhugaa Amma way wayannen jirtiii
@nagayaafbadhaadha3661
@nagayaafbadhaadha3661 5 жыл бұрын
Mormaa kee saree kenii kaa isaa Mitt
@nagayaafbadhaadha3661
@nagayaafbadhaadha3661 5 жыл бұрын
Atii saree higetuu
@hassenhussen1446
@hassenhussen1446 5 жыл бұрын
Doofaa sammuu duwwaa.
@abduljebar2385
@abduljebar2385 5 жыл бұрын
Ati Kan hayyuu oromoo duraanii Kan seena oromoofi iccitii woyyanota beeku arrabsuun kee maaliif barbaachise namatti quba qabuu osoo hin taane of ilaali doofa
@bontuumotummaa4850
@bontuumotummaa4850 5 жыл бұрын
Diqaala sanyii wayaane har'aa afaan midheefate dubaatu hin salfaatu gantuu hadhakee
@abdusaburmhmd6087
@abdusaburmhmd6087 5 жыл бұрын
Oromiyaadhaf obbo juunadiin bu'a gudda buusera kanaaf itti yaadamu qaba
@iliveinoromiaooromoneng2674
@iliveinoromiaooromoneng2674 5 жыл бұрын
Ka mallasatu nama kolfisisa oromo akka harka naqatu hin barbadu achi keesa
@mukhtiyarannihamidhamu7494
@mukhtiyarannihamidhamu7494 5 жыл бұрын
Dharaan isin Ari.an malee homa hin balesine isin dhuga qabdu
@iliveinoromiaooromoneng2674
@iliveinoromiaooromoneng2674 5 жыл бұрын
Dhugadha
@hassenahmed5342
@hassenahmed5342 5 жыл бұрын
Hatatamaamaan(saffisaan) tiim lammaati dabalame arguun fedhii kooti yoo Rabbiin naaf godhee
OMN: Keessummaa: Obbo Juneeydiin Saaddoo
1:13:20
OMN
Рет қаралды 49 М.
Gym belt !! 😂😂  @kauermtt
00:10
Tibo InShape
Рет қаралды 13 МЛН
Double Stacked Pizza @Lionfield @ChefRush
00:33
albert_cancook
Рет қаралды 80 МЛН
Muudama Caffeen Yaa'ii Idilee 3ffaa Waggaa 1ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa  muudama raggaaseera.
24:33
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 22 М.
Margiitu Warqina - Amma Yeroon - New Ethiopian Music 2019 (Official Video)
6:24
Hope Music Ethiopia
Рет қаралды 4,8 МЛН
Gym belt !! 😂😂  @kauermtt
00:10
Tibo InShape
Рет қаралды 13 МЛН