Maaliif wal salphisuun barbaachise? Ameerikaa fi Mansuur 🙂 shukrii jamaalii fi hawwii haadha qanani

  Рет қаралды 32,301

abdu mobilapp

abdu mobilapp

Ай бұрын

Пікірлер: 150
@Ayyatusaydsheko
@Ayyatusaydsheko Ай бұрын
Mashaallah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@BonsoHirpo-fu6bq
@BonsoHirpo-fu6bq Ай бұрын
Dhugaa Hawwiitu qaba. Shukriin badii qaba. Hanga fedhe haa turuu sirba isheen itti dadhabdee kaffaltii barbaachisu hunda raawwatte osoo ishee hin gaafannee hojjatee gadi baasuun sirrii miti. Shukriin balleesseera haa fixatu!
@ConfusedBirdBath-po1vr23
@ConfusedBirdBath-po1vr23 Ай бұрын
😂😂
@ConfusedBirdBath-po1vr23
@ConfusedBirdBath-po1vr23 Ай бұрын
Badi takka hin jiru 😂😂😂
@iqlimaamme6870
@iqlimaamme6870 Ай бұрын
Subahanallah subahanallah thanks
@fayinedenabo9744
@fayinedenabo9744 Ай бұрын
Dhugaa dubachuuf wontii guruba kana mudate qossaa fakata mallee waan ulufataa America 🇺🇸 jechuun biyyaa dhiirii akka lencaa bokisuu akka Aduree jiratu 😢garuu guruban kuni Dhugaa dubachuuf ebbaa haadha qaba he's smart 👌
@madinaintalaxiqii5488
@madinaintalaxiqii5488 Ай бұрын
So mal ha dabanifiree😂😂😂maf xalabame dura😂😂😂😂😂abbaa qabeenya ofin jecha bitame
@user-jb5lm3dl5t
@user-jb5lm3dl5t Ай бұрын
Thank 🥰🥰🌹
@abditola4551
@abditola4551 Ай бұрын
Shukriin badi qaba. Dubbi jara lamani yoo dhaggefatte dhugan Hawwi bira jirti. Dhugaan kan rabbi waan taheef
@user-uh2rl5gl3e
@user-uh2rl5gl3e Ай бұрын
Baga nàgaan dhuftee saanyi koo jabadhuu ❤❤🎉🎉🎉
@Nasrat-pj3cn
@Nasrat-pj3cn Ай бұрын
thank you abdu
@ConfusedBirdBath-po1vr23
@ConfusedBirdBath-po1vr23 Ай бұрын
Welcome Abdu my dear❤❤ana kaa aja'ibe yeroo mansur goota jedhan😂😂gootummaan shamari tarran online irra xalabate😂😂😂rabbii nama hin salphisin akka meeshati cargo demef😂😂😂tu dhiira ofiin jedha sanu abbaa qabeenya jedha gadi galtuu😂😂😂😂
@Hamzashowadv430
@Hamzashowadv430 Ай бұрын
Welcome
@user-sb6rw5ne4l
@user-sb6rw5ne4l Ай бұрын
Baga nagahan dhufteen abdii
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 Ай бұрын
Hawwiin dhugaa qabidii Shukri hattuu dhaa Translate to somali
@isaaisaagarbii9810
@isaaisaagarbii9810 Ай бұрын
Gababumaati dhima nama lamaa ajandaa godhachuu hinqabu sabni sabaaf sagaalee haa taanuu
@GettiDeresha-jz8tu
@GettiDeresha-jz8tu Ай бұрын
Abdi jabadhuu itti nuf jiradhuu
@SabonatuArsiiMunneessaa-rn6nk
@SabonatuArsiiMunneessaa-rn6nk Ай бұрын
Subunallaah yaarabbii nu basii
@NaaSqw-qu2tt
@NaaSqw-qu2tt Ай бұрын
Yes of course ❤❤❤
@orotiktokshow7872
@orotiktokshow7872 Ай бұрын
Oh yeah 😊
@ZaraBh-sz6ct
@ZaraBh-sz6ct Ай бұрын
Hawiin badii hin qabdu studio n dhabee jette malee hin barbaadu hin jennee jette keessaan bilbilee gaafannaan na arabssee jette .Arraba maaltu fide.shukuriin badii qaba wajjin sirbina jennaan tasuma hin danda'amu jedheen kun tuffii ishee waan qabuuf kana godhe.duras kan Abrahimin kan walnubarsise shukuridhaa jette .orginala jalqabeen studio dhabee jette malee kaffaltii hunda xumureen jiraa jette.shukuriin badii guddaa inni qabu maaliif ittiin mari'achuu dide jalqaba.kanaaf badii guddaan shukurii bira jira.yoo isheen kessaan hasofsisuu yaaltu ni arrabse.kana irratti dhugaan koo haa ba''u jedheen soshalmidiyatti baase dhugaa koon barbaada jette.
@CxBaha-lp1ns
@CxBaha-lp1ns Ай бұрын
Yaaa Ameerikaa 😂😂😂😂😂😂🫢🫢🫢🫢🫢🫢🫢🤔😒
@Suusiyye
@Suusiyye Ай бұрын
Kkkkkk way mansuuree maalumattu sirraa hirdhate dullatti tanaan maqaan si badee mee..magan Ati hoo abdu !!mee waa hin janajjanee gara USA kana dhugaa himii kkk
@samirahusensamirahusen8327
@samirahusensamirahusen8327 Ай бұрын
galatomi Abdu watota Ajjda tahe mata nu dhukubsu gababasite nufi ibasita ❤❤❤
@asmaahusenethiopia9342
@asmaahusenethiopia9342 Ай бұрын
Masur ijollee biiyaa kenyaa tufate isii barbade demee nuy Qabenyaa dhabnus Aba mana kabajne jiraanaa😂
@user-kg4ku1bi3y
@user-kg4ku1bi3y Ай бұрын
@sarchiyyee
@sarchiyyee Ай бұрын
Balleessaan kashukriiti dhugaa. Akka isiin baasii itti baafte way wallaalee sirbi kun turus😢
@user-zr3to7wv1c
@user-zr3to7wv1c Ай бұрын
Dhugaa dubatee dhiiraa Koo nuuf jiraadhuu boo ❤❤
@AyshaKadir
@AyshaKadir Ай бұрын
Jabadhuu qallii
@eyodabharmee
@eyodabharmee Ай бұрын
Yaada gaarii nuuf laatte❤
@hailemichaelsaketa5161
@hailemichaelsaketa5161 Ай бұрын
Abdu Caltuun maratudha bayee nuqqaanesitee
@user-gz5eh6ne7l
@user-gz5eh6ne7l Ай бұрын
Ayyi😂😂😂😂Masuri mashaaallaaa gaba bassee
@asmaahusenethiopia9342
@asmaahusenethiopia9342 Ай бұрын
Ajiibb wollah😂Ayiiii masur
@bentislam1930
@bentislam1930 Ай бұрын
Sila malif lafa si fakane dhabate mansur subanallaah musilima dhabde 😢😢
@HundeeGalamsoo-fd9us
@HundeeGalamsoo-fd9us Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@murtee
@murtee Ай бұрын
Abduukoo hedduun sijaaldha❤❤❤🎉
@ETAA267
@ETAA267 Ай бұрын
ishoo baguma Rabbi isa fokkisiise Mansuuriin illee.
@user-jb5lm3dl5t
@user-jb5lm3dl5t Ай бұрын
Tank🥰🥰🥰masre🥰🥰🥰 Bag birde nmti sgxee
@ifiyyfhuj1615
@ifiyyfhuj1615 Ай бұрын
Uuuuuuuffff bagaa rabbii sibasee garaalaafesakoo
@bentislam1930
@bentislam1930 Ай бұрын
Subanallaah Mansur musilima miti
@hirphamideksa3048
@hirphamideksa3048 Ай бұрын
Well come bro
@godawajjiitube
@godawajjiitube Ай бұрын
Jabaadhu ❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-ed2ed2lt9s
@user-ed2ed2lt9s Ай бұрын
Yes dhugaa ketii sanyii ❤❤❤
@jemila2625
@jemila2625 Ай бұрын
Well come abdu
@user-ns1nj5uz7h
@user-ns1nj5uz7h Ай бұрын
Jirtaa abdu qaalii nama bilbila biiraa sii hordofaa ture amma kananii dhufee
@NamooDaandii35
@NamooDaandii35 Ай бұрын
❤❤
@zeharazehara9372
@zeharazehara9372 Ай бұрын
hoo mansure ajenda berda fedee
@JuneydiMuussee
@JuneydiMuussee Ай бұрын
Dhugaa keettii nabseee kiyyaa❤❤❤❤❤❤❤
@OKX-FAMILY
@OKX-FAMILY Ай бұрын
Muca Kanna 300k galcha please 🙏
@MuradMohamedAli
@MuradMohamedAli Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@sulxanisulxani5478
@sulxanisulxani5478 Ай бұрын
Abduu atii sirbbaa joorjii Abbuu irratii malifii yadaa hin keninee
@SomoIya-qh7jz
@SomoIya-qh7jz Ай бұрын
Yooyaa gootoota Oromoo 🙏🙏💪💪😍😍🥰🥰💖💖❤️❤️💞💞💕💕👍💯☝️
@gelayeeticha-wv9ed
@gelayeeticha-wv9ed Ай бұрын
Welcome jabaadha Oromo koo
@galanegunjaburka870
@galanegunjaburka870 Ай бұрын
Nuffii jiradhuu oggessaa namaa
@user-tc3mw1zz2h
@user-tc3mw1zz2h Ай бұрын
Yes yes
@almaztollu3255
@almaztollu3255 Ай бұрын
Maati nafta.i🎉
@bilisumaahajjjelan7963
@bilisumaahajjjelan7963 Ай бұрын
Welcome ❤ 💚 Abdu ❤💚 😁✋
@meseretnigusee6109
@meseretnigusee6109 Ай бұрын
Ayii Ameerikaa godhii godhee M 😅😅😅😅😅😅😅😅😊
@JhdBhsi-xv5iz
@JhdBhsi-xv5iz Ай бұрын
Saaa dhugaa keti
@haadhajaafar
@haadhajaafar Ай бұрын
Wa'aleykum salam warahmatulah wabarakatuhu rakko cimaa duraa mucatin wara abasha walin wali galte issa hisisuf taha maltu bekka rabbin issa base waa hundafu barumsa issa fi fakkatota issaf taha 😅 25:21
@Khadija-xf9vb
@Khadija-xf9vb Ай бұрын
As Wr Wb.qoricha isaati.siluma hojiin isaa namni nahaa arguudha
@bilisumaahajjjelan7963
@bilisumaahajjjelan7963 Ай бұрын
Abdu💚💚😁😁 Dhugaa.keetii ✅✅👏
@orotiktokshow7872
@orotiktokshow7872 Ай бұрын
11:03 Mensur even lays before too😂😂
@bilisumaahajjjelan7963
@bilisumaahajjjelan7963 Ай бұрын
Rabbiin ☝ sii.haa.qajelchuu 🤔🙄😏
@AbdallaSuliman-iq6cs
@AbdallaSuliman-iq6cs Ай бұрын
Jireenya biyya faranjii keessa jiraachuu mannaa biyya keenya waa dhaabdee jiraachuu wayya
@lazimdido1680
@lazimdido1680 28 күн бұрын
Ergama itti kenname raawwataa jirti intalattiin safuu qabne sun Shukrii ani mucaa jabaa shira Numalee sirrit beeku natti fakkaatan sehee eegaa ture
@SabonatuArsiiMunneessaa-rn6nk
@SabonatuArsiiMunneessaa-rn6nk Ай бұрын
😅😅😅😅
@Taggist-rx6wr
@Taggist-rx6wr Ай бұрын
Habsha jechun etyopaye hunduma oroma walyat sedama 86 hundnu habsha jedhamu bukumsa yoqaban dhisaa hidubatan
@BonsoHirpo-fu6bq
@BonsoHirpo-fu6bq Ай бұрын
Haa ta'u malee social media irratti bahanii icciitii gola ofii gadi baasuun dogoggora irratti dogoggora biraa dabaluu ta'a. Dhimma kana karaa fixuuf Haati keenya hangafti artistoota gama dubartii qabsooftuun keenya Aayyoo Ilfinesh Qannoo qofti geessuu turte.
@ahmadtamam3262
@ahmadtamam3262 Ай бұрын
Jiradhuu akasii dubinii iti himii
@MonieaAli
@MonieaAli Ай бұрын
Comment jalqabati har'a ❤
@mkaa6766
@mkaa6766 Ай бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂masuri
@derartuusmail5708
@derartuusmail5708 Ай бұрын
Tana shukriin badii qaba kanuma
@dudehstuj5272
@dudehstuj5272 10 күн бұрын
😅😅😅
@user-qp6dr8wo5t
@user-qp6dr8wo5t Ай бұрын
Masuri😂😂😂
@tolaabate3636
@tolaabate3636 Ай бұрын
OFII KEE HASOFTEE HIN XUMURIN YEROO HUNDUMAA.BAAYYINAN VIDEO HOJEDHUU!
@Konbeshow
@Konbeshow Ай бұрын
Dhugaa wanni akkana safuudha kanaan dura wanni akkana mudatee turee artistoota heddu jaalannu keessati dhugaa yoon dubbadhe gurp.ijaareen aniin kun araarse akka.media.irrati poat hin taane taasisee ture
@oromoooromiya
@oromoooromiya Ай бұрын
Shukrin ballesaa qabaa adero
@fatmafatma8202
@fatmafatma8202 Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉❤❤❤❤❤🎉🎉❤❤❤❤❤
@RihaanAdam
@RihaanAdam Ай бұрын
Dhugaa jate
@ahmadtamam3262
@ahmadtamam3262 Ай бұрын
Nu jiradhuu
@abdulatifshame4256
@abdulatifshame4256 Ай бұрын
Abbaan qabeenya Mansuur jattan kun dilanuma goowwadha , Silaa namtichi kun akkuma ja'u kana qabeenya qabaa? Silaa akkuma ja'u kana qabeenya qabaate akkamitti America 🇺🇸 dhaquuf dila kana shawwadama ?
@isaaisaagarbii9810
@isaaisaagarbii9810 Ай бұрын
Ani kan dhibee isaan waldhabuu isanitimiti habashaa birawal fiduu maaltu nama fide
@tufawayesa
@tufawayesa Ай бұрын
Caaltuu: maal dubbiin isin akkasiti wal salphisuun Kun gaarii hin turre! Atis maaltu si tuqee? Kan warra haabaasha irratti himachun kee dogogora!
@ObsinetObsinet-ws5hw
@ObsinetObsinet-ws5hw Ай бұрын
Yaa American hojii kee nyaadhuu😊
@AbduselamJibril-pg9wh
@AbduselamJibril-pg9wh Ай бұрын
Baasa
@user-sb6rw5ne4l
@user-sb6rw5ne4l Ай бұрын
Hin qaladin nama deemef nama degetuu waa argaa yaa jaara keenyu kun homa jiruu lafan hunda kun wajjin
@SearsanBanata
@SearsanBanata Ай бұрын
Dhugaa jette! Namuu yeroo ummata fuulduratti as bahan sabboonaa of fakkeessa.gochaan isaanii kan biraati.
@makiyahaji2923
@makiyahaji2923 Ай бұрын
Yaa mansuree 😂 Ameerikaattii intalii kushapii sihojaachiistee😂😂 Ani dhugaa Rabbii kan gaafii naafta'uu jalqabumaa intala Amantiin Addaa akkaamittii fudhee??!! Namni na argaa gudisuu nadhooysaaf boyyaa jedhani atii Akkastattee😅 Sharataan setee kabashannaa ooltu biyyii Ameerikadhaa biyyaa hujiiti Atii fuula durattii mootummaa ta'aa jettee mootummaa maaltataa intalii takkiitinuu moottii sittii tattee akka ijoollee polisiin sisodaachiisaa turtee😂😂 wollaahi qaanyiidha kun salphiina daanga darbee. Sammuuni malii birriin biyyaa hiin bulchanii birriiyuu hiin eeganii maal mootummaa nama goottii mittii . Maalif miskina biyyaa keessa hiin fuudhiin haanga shari'aan ajajjee kunoo qabeenya himaa ooltaa haanga ameerikaati caaltuun sirraa caaltee akka sarree balbala sitti cuftee namoota akka keetiitif nama akkaa caaltu kanatuu qorsa. Mucayyoon miskina ammayuu sijaalattii😂😂 fuula ishee irraa muldhataa dr sammuuti jettee sammuu sihiikte abboo maansuur😂😂😂. Huundaafuu intali jaarsa biraa hiinfedhu jettee ima ararraama kan amantiikeeti nuhiingalchuu. Yooma lachiifuu baga jalaa dhokatee galtee silaa tiktokiin abbaa dhabee😂😂😂. Abdishaa dhifama dubima mansuur kanatuu analee mataa nahiikee😅.
@habsaabdi1829
@habsaabdi1829 Ай бұрын
Yes yes America we are good
@Khadiza-xp8rl
@Khadiza-xp8rl Ай бұрын
😂😂😂😂
@NamooDaandii35
@NamooDaandii35 Ай бұрын
😂😂😂
@user-kc5io8ss1d
@user-kc5io8ss1d Ай бұрын
😅😅😅😀🤔👍💃🏃👈
@bilisumaahajjjelan7963
@bilisumaahajjjelan7963 Ай бұрын
Ee.Misskkina.wallahi 😁😁😁🤣
@zare1013
@zare1013 Ай бұрын
Anis dhirumaa isaa fi gootumaa isaa dhabee barii😢😢😂😂
@dastuuahmmad6733
@dastuuahmmad6733 Ай бұрын
Dhugaa keeti wly 😅
@user-gf6qb1ki4e
@user-gf6qb1ki4e Ай бұрын
Yaa mansuree😂😂😂😂😂😂😂
@naseemasaif1945
@naseemasaif1945 Ай бұрын
Mansure kan arsee filter malee isa isin sentee😂😂😂😂😂😂😢
@alemienoro6517
@alemienoro6517 Ай бұрын
Americanii gadii banii itti badhananii utuu hin tainii itti jojetanii dha .yoo hojetee malee jireenyii hinulifstaa .
@freecell2840
@freecell2840 Ай бұрын
መሱሪ ጃግነ ነዉ❤
@myoheeien9966
@myoheeien9966 Ай бұрын
Abdu baga ngan dhftee
@mabubaabamca4392
@mabubaabamca4392 Ай бұрын
Yaa Ameerikaa 😂😂😂😂😂🤭🤭
@user-kx5hh9wj9c
@user-kx5hh9wj9c Ай бұрын
😂😂😂😂😂😂🤔🤔🤔🤔🤔😳😳😳😳
@ObsinetObsinet-ws5hw
@ObsinetObsinet-ws5hw Ай бұрын
Dhirii American hunduu akkanumati mana hidhaa kesaa jiratani isaaf hara tahe malee
@zare1013
@zare1013 Ай бұрын
Masuur jettaan ammaa dhiraa ree dhiraa akkaa dubartiiti malee Cimmiin innii qabuu takkaa hin muldhaatu ittii bagaa 😂😂😂😂
OROMIA11: keessummaa Walhaabarruu Dalecha Arsicha ( Tiktokara)
50:46
WHAT’S THAT?
00:27
Natan por Aí
Рет қаралды 13 МЛН
Дарю Самокат Скейтеру !
00:42
Vlad Samokatchik
Рет қаралды 8 МЛН
Heartwarming moment as priest rescues ceremony with kindness #shorts
00:33
Fabiosa Best Lifehacks
Рет қаралды 38 МЛН
Little girl's dream of a giant teddy bear is about to come true #shorts
00:32
Aartisti Adam Haaruun maaliif akkanatti Boo'an?
1:09:23
Qaanqee Show
Рет қаралды 38 М.
Bokkuu Multimedia: Obboleessa Haacaaluu Hundeessaa .   Boonaa
42:07
Qaanqee Show
Рет қаралды 170 М.
Obbo Masuur Jamal Ameerikaa dhaqee Fuudhee Jaartii Dhiisee Miliqee?
17:29
Что делать ЕСЛИ у  Вас Живёт Монстр?
0:36
ИЗЮМЕР
Рет қаралды 2,8 МЛН
貓媽媽🆚爆米花🌽🥷🍿 #aicat #shorts #cute
0:33
Cat Cat Cat
Рет қаралды 26 МЛН
When an RV meets a zombie outside #rv
0:21
campingWorld
Рет қаралды 28 МЛН
Детство злой тётки 😂 #shorts
0:31
Julia Fun
Рет қаралды 4,1 МЛН