Tumsa Mo'aa - Faarfattuu Asteer Kabbabaa waliin

  Рет қаралды 53,288

MO'AA TV

MO'AA TV

2 жыл бұрын

#SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
SAGANTAA KEENYA YEROO HUNDA ARGACHUUF FUULAA FACEBOOK KEYNAA LAYIIK GODHAA. 👇👇👇
/ moaatv
CHAANALLII KEYNAA YUUTUBII SAABISKIRAYIB GOCHUUN SAGANTAALLEE KEYNAA YERROO HUNDAA BAKKAA HUNDAATTII HORDOFUU DANDEETAAN. 👇👇👇
/ @moaatv479
Copyright ©2020: Mo'aa TV
Note: unauthorized use, distribution and re-upload of this content is strictly prohibited

Пікірлер: 317
@MeazatolchaAdunya-ck3sx
@MeazatolchaAdunya-ck3sx 28 күн бұрын
Seenaa Atii dubbachaa jirttuu kana keessaan Darbbee😢😢guyaan jiraa Imimmaan koo Cobssatiin dhaggeffadhee .keessattuumo Gaafa daa,imni beloofttee hadhii yomiyyuu hin danddamattuu. ni Ulffata namaaf Garuu waqayyoo butee nama baasa rakkoo keessaa. Ani ammaa sanaa darbbeera Goofttan Maccaa haa ulffatuu bilbbillii kee hin ojjetuu maloo na qunnaamii F/rtu Aster waan xiqqoon si garggara ❤❤❤❤
@tsehaywedajo9891
@tsehaywedajo9891 Жыл бұрын
Dhiifama isin gaafachaa waan tokko isiniif ibsuun barbaada Qalbiidhaan na hubadhaa Aster sin hubadha rakkoon kee rakkooti waanin danda'een si cinan dhaabadha garuu waanin sinitti himun qaba hiyyummaan hojjetanii wanta keessaa ba'aniidha inni guddaan fayyaa qabaachuudha waaqayyoo gara lafa kanaatti kan nu fide akka hojjennuufidha tajaajiltoonni hedduun madda galii saanii tajaajila hafuuraa qofa godhanii yaaduun dogoggoradha otoo goondaan hin nam'iin daaraa naqatu jedha Oromoon yeroo makmaaku kaleessi keenya hiyyummaa qabaannaan otoo daa'ima hin godhatiin dura of jijjiru qabna malee nuyyuu dhabeessa taanee otoo jirruuti gara dhala godhachuutti deemna yoo ta'e nuyyuu hiyyummaaf madda taanee ofis daa'ima godhannus hiyyummaatin rakkisna jechuudha ofiifis biyyaafis ta'uu hin dandeenyu yeroo hedduu ofii keenya balleessinee maqaa waaqayyoo arrabsiisna isin maqaa keessaniif gadditu ani garuu isa maqaan waaqayyoo nurratti arrabsamun jibbe hadaraa hubannaatiin yaadakoo hojiirra oolchaa jedha galotoomaa waaqayyoo obboleettii keenya seenaanshee ni jijjira ani shakkii hin qabu
@fasigedaraje9585
@fasigedaraje9585 Жыл бұрын
Dhisi otoo Ishan hin yadin ulfi garaati hafu ni dandaa atis dura hubadhu
@ayantufeyisa9730
@ayantufeyisa9730 10 ай бұрын
Atiyuu bayee dogongortee hubadhuu duraa gafaa waqayoo hin jijjiramataa jedhee si jijjiree male jirenyi waqayoo kesaa hin jiree angaa barabadesi yoo hojatee jijjiramuu hin daddesuu👂👈
@ejersatesfayeofficial2687
@ejersatesfayeofficial2687 10 ай бұрын
Jechi kee sirrii ta'us hojiin gaafa namati cufame akka salphaati hin banamu. Farfaatta tarii ati worraa silki cufatane keessa jiraachu dandeetta.Caraa hoji yeroo meeqa yaalteetti.lukkuu horsisuuf yaaltee milka'u dide.Hubatu malee
@miratmanindra1451
@miratmanindra1451 Ай бұрын
garuu anis yaadeen namummaadha waan ta,eef dogongorun Akka isheen jettutti shamarree waan tatef rakkisaa ta,uu danda,a bro galatomaa hundi kessan!!🙏❣️❣️❣️
@miratmanindra1451
@miratmanindra1451 Ай бұрын
F / Aster homa miti yeroofi malee itti hin fufu jira abban dibatichaa Astuu jabadhu🙏❣️❣️❣️
@hawiadugna2992
@hawiadugna2992 Жыл бұрын
Eebbifamtuu koo Ogeetii koo Akkuma atu jettee Astuu koo inni wan hundaan guutu Waqayyoo siif jira Firii dhugaadhan Abbaan Bara baraa jabaadhu I ❤❤❤❤🙏🙏
@biyyajiruu3672
@biyyajiruu3672 2 жыл бұрын
aster baayee si jaalladha faarf. keetin eebbifameera❤️
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZfaq channel kiyyaa subscribe gochuun maatii naaf ta'imee Waaqayyoo sii haa eebbisuu 🎷🎷
@Dani-mk1qy
@Dani-mk1qy Ай бұрын
Jabadhuu waaqayyoo yeroo qabaa wan goodheefii beekaadha jalqabiin keessanii gadii deebi.aa yoo fakkatee dhumii keessanii bayyee guddaa tahaa
@lidiyabayesa5671
@lidiyabayesa5671 2 жыл бұрын
Ebbifamii obboleeti koo kalalee gatiin kee waaqayyoo biraatti guddaadha❤ warra haallii jireenyaa dhoksee as basaa jirtuu!
@user-mo7il4lo2f
@user-mo7il4lo2f 10 ай бұрын
Waqayoo bagaa sii gaaragaree namani waqaa hinuma qarama obstinate garuu furmataa
@Tiji-gh9py
@Tiji-gh9py 2 ай бұрын
Wantii hin dabaree hin jiruu ❤❤
@Abonesh835
@Abonesh835 2 жыл бұрын
Ayyii Asteer dhugaa dubachufi Anii halaa kan keessa jirtaa jedhe hin yanee jabaadhu waqayyoo sii gargaraa!!!!!!
@masaratfirrisaa8392
@masaratfirrisaa8392 2 жыл бұрын
Dasiin maliraa akkaa gessee Akkaa nuu beksiftuu Abdi sirraa qabnaa 🙏🙏 hojji kee namaa gammachisaa Ebbifami maqaa yesusin
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZfaq channel kiyya subscribe gochuun maatii naaf ta'iime Waaqayoo sii haa eebbisuu,
@simbookooyesus
@simbookooyesus Жыл бұрын
Astuu koo jabbadhuu waaqayyoo hundumaa wan godheef qaba jette atuu homa mitti hin darbaa Qormaanni wanumaa jiruu 😭😭😭😭😭😭
@senaa2350
@senaa2350 2 жыл бұрын
😢😢😭😭😭😭Astuukoo Waqayoon Sii Wajiin haa jiratuu 😢❤️❤️❤️📖📖📚📚📚 Imimaaniin dhagefaadhee dhugaa Waqayoo 😭😭😭😭
@fanosedemekumu6312
@fanosedemekumu6312 Жыл бұрын
Atu koo
@biranenuguse9733
@biranenuguse9733 2 жыл бұрын
Namni isaa rakkate gargaru akka nama waqayyoof liqessutti.kannafu nan gargara
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZfaq channel kiyyaa subscribe gochuun maatii naaf ta'imee Waaqayyoo sii haa eebbisuu 🎷🎷🎷
@gammechisindalu6357
@gammechisindalu6357 Жыл бұрын
Waaqayyoo bekadha
@Qaaliikoo
@Qaaliikoo 2 жыл бұрын
waaqayyoo bagaa sii yadatee astuu keenyaa
@milkiisida1
@milkiisida1 Жыл бұрын
Waaqayyoo dhugumaan isiin haa Eebbisuu Eebbifama warraa gooftan Eebbisee TV mo'aa📚📚📚📖📖📖❤❤❤🌻🌻🌻🌻🙏🏿
@asterkenea
@asterkenea 6 ай бұрын
Wayyoo giiftiiko Baga darbe waanuma kamiifu
@Obsii365
@Obsii365 2 жыл бұрын
Astu koo baay'ee garaa nama nyaata dhugaa Uuuuuuffffiii garuu Waaqayyoo waan hundumaa waan godheef qaba hadhoo koo obsii jabaadhu Waaqayyoo inni rakkoo kee beeku si haa gargaaru 😭😭😭😭🙏
@almewako4896
@almewako4896 Жыл бұрын
Maati naaf ta'i haadho
@dirrootube8443
@dirrootube8443 2 жыл бұрын
Yoo waaqayyo jedhe nan dhufa manakee yeroo murasaa booda gifti tiyyaa qali astukoo ati nama cimtuudha😭
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZfaq channel kiyyaa subscribe gochuun maatii naaf ta'imee Waaqayyoo sii haa eebbisuu 🎷🎷🎷
@ayyuubayyee6315
@ayyuubayyee6315 2 жыл бұрын
uuuuffffff dhugaa wanaan jedhuun dhabee 😭😭😭😭 waan godheef isatuuu bekkaa warqqeen akkuuma hibiidaa kessaa darbbiitte gattii guddaa baftuu sanaa Siniis waqqayyoo guyyassaa Eegee Eebattii sii basaa obsii obsuun gattii qabaa biyyaa Alaaf kessaa warrii jirtaan senaashii kanaa warrii dhagessaan namni gafaa du,ee omaa waliif in godhuu hamaa waqqayyoo siin habsaasii seen biraa Adhabannuu lommiin shantamnii Nama tokkoof bahaa akkuuma ta,ee Sanaa rakkiinashii kanaa irrattii laluu otoo in tanee irraa irmachuu qabnaa
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZfaq channel kiyyaa subscribe gochuun maatii naaf ta'imee Waaqayyoo sii haa eebbisuu 🎷🎷
@workinehsorsa6694
@workinehsorsa6694 2 жыл бұрын
uuuuuuuuuuuuuuuffff baayee namaa gaadisisaa.......waaqaayyoo beekadhaa.kana boodaa akkaa rakkinaa kee deebitee hin yaadaneetii waaqayyoo sii irraanfachisaa! qooramuun ulfinnati sii basaa.Anii baayee farfannaa keen ebbifameraa waaqayyoo gooftaan jireenyaa kee yaa jijiruu.
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZfaq channel kiyyaa subscribe gochuun maatii naaf ta'imee Waaqayyoo sii haa eebbisuu 🎷🎷🎷
@devadebala4375
@devadebala4375 2 жыл бұрын
Uyiiiiii! Astiiii....baay'e baay'eeee...na gaadisiste dhugaa......."jaabadhu giftii kooo baruuma isaatu baaraa ulfaa dha. gooftan garaaau akka itti jiraatamu namaaf in qoopheesa." Farfaanna kee kessaa "namnii kaakuu 2X in baadu yoomi bishaan kessa bahee muusenu" atiiis jabaadhu namnii kaakkuu in baadi jiraata boonte. guyyoota daabarsitee kanaa seenaa goote haasofta boor ayizooooooo!
@michuudhugaayesuus6311
@michuudhugaayesuus6311 2 жыл бұрын
Astuu koo Haadhookoo Gatiin kee Guddaadha akkuma Atuu jette waaqayyo beekaadha ❤😭
@almewako4896
@almewako4896 Жыл бұрын
Maati naaf ta'i sanyii
@sarahhatagag4857
@sarahhatagag4857 18 күн бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢 ayii astuukoo hin darbaa hadhokoo obsii hadhokoo 😢😢😢😢😢😢
@biraneefiqireewarquu7835
@biraneefiqireewarquu7835 2 жыл бұрын
Eebifamaa waqayyoo siin haa ebisuu 🙏 jabadhuu ammalee Astuu koo!
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZfaq channel kiyyaa subscribe gochuun maatii naaf ta'imee Waaqayyoo sii haa eebbisuu 🎷🎷
@immabeettube5009
@immabeettube5009 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuuuuuuuufffffffff hadhoo koo eyyee waqayyoo beekaadha!! Ani gammaa kootin sii gargaraa ammaa gooftaan naa gargaree Kalalee guddaa ebbifaami jabbaadhu 😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥
@yesuusabdiikootii.811
@yesuusabdiikootii.811 2 жыл бұрын
Jabaadhu astuu koo waaqayyoo sii haa gargaaru gooftaan sii fi maatii kee guutuu waliin haa ta'u. Gooftaan hamma dhumatti siin haa gargaaru namni yeroodhaf nama gargara kan gooftaa keenyaa garuu dhuma hin qabu. Jabaadhu jabaadhu jabaadhu. ❤❤
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZfaq channel kiyyaa subscribe gochuun maatii naaf ta'imee Waaqayyoo sii haa eebbisuu 🎷🎷🎷
@ayinalem7776
@ayinalem7776 2 жыл бұрын
waqayyo waan godhef qabaa astuu jabadhuu guyyaaa sif qabaa❤️
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZfaq channel kiyyaa subscribe gochuun maatii naaf ta'imee Waaqayyoo sii haa eebbisuu 🎷🎷
@alicechelchiseechelkeba9778
@alicechelchiseechelkeba9778 2 жыл бұрын
Uuuuff dhugaa dubachuuf ani imimaanifuu dhagefachuun dadhabee omaa mittii waqayoo sii wajiin inii turee amaas sii wajiin jiraa waqayoof jirachun kee araaf rakiina yoo sitti ta'eyuu duraakee ebba gudatuu jiraa jabadhu amaas goftaa wajiin jirachutii gamaa dandenyunimoo sii bekke in dhabanaa
@meserettadasa4601
@meserettadasa4601 2 жыл бұрын
Ati mana galgala waqaa irraa qabda 😭😭❤❤
@almewako4896
@almewako4896 Жыл бұрын
Maati naaf ta'i sanyii
@yonaskumela930
@yonaskumela930 2 жыл бұрын
Waaqayyoo amallee cimsee sihaa dhaabu. Jabaadhu gooftaa waliin hundumtuu salphaadha.
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZfaq channel kiyyaa subscribe gochuun maatii naaf ta'imee Waaqayyoo sii haa eebbisuu 🎷🎷🎷
@burtukanbaqalaa3530
@burtukanbaqalaa3530 2 жыл бұрын
Uuuuuuufyiiii 😭😭😭😭 maaloo dhugaa waqayoo farfanaakee cabaakoo baayee waldhanee astuukoo waaqayoon bekaadhaa dhugaa
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZfaq channel kiyyaa subscribe gochuun maatii naaf ta'imee Waaqayyoo sii haa eebbisuu 🎷🎷🎷
@mhratmhrat2201
@mhratmhrat2201 2 жыл бұрын
Eebbifamaa mo'aa Tv
@koketyoutube211
@koketyoutube211 2 жыл бұрын
Wayoo Adhaa koo Ana baka kee uuuuuffi 😭😭😭😭😭mafi Walda ti in imane Raji abun akamti nama mana waqayo keessa tajajjiluu ilalla Mali jechudha kana boda in rakatu sifi jira imo kee nafi ba, uu didee yoo Argite nafi debisii Adara a kee
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZfaq channel kiyyaa subscribe gochuun maatii naaf ta'imee Waaqayyoo sii haa eebbisuu 🎷🎷
@almewako4896
@almewako4896 Жыл бұрын
Koottu maati naaf ta'i sanyii
@deebiimidai8470
@deebiimidai8470 2 жыл бұрын
Uuuuuufffii wari mo,aa ebifamaa dhugaa dubachuf😭😭😭
@atleedeo5096
@atleedeo5096 Жыл бұрын
omg jirenyaa bayyee onee namaa cabisuu dhaa Asituu katee hunduu bagaa ta'ee garuu waqayyonii wanii Addaa sif qabaa obboletii koo wanii dadenunii si cinaa dhabanaa hin darbaa Ayizoshii
@kumeedamana7163
@kumeedamana7163 2 жыл бұрын
Uuuuuuffffeeee hadho Ayanii waqayoo dacha sif haa jabadhuu jiraa iyasus 😢😢😍😍😘
@kerajiwakumamultimidea1273
@kerajiwakumamultimidea1273 Жыл бұрын
Hunda isaa Dhaggeeffadhee xumuruun natti ulfaate. Waaqayyo inni hundumaa danda'u si waliin jira. Baay'ee garaa nama nyaata obboleettii koo. MOA TV Waaqayyo gatii keessan guddaa haa godhu. Faarfattuu kana waan humni keenya danda'een cinaa haadhaabbannu.
@Amante2023
@Amante2023 2 жыл бұрын
እጂግ የሚያሳዝን ነው አይዞያችሁ.!!
@ababechyohannis9854
@ababechyohannis9854 2 жыл бұрын
Ani baay'ee Gaddaa farfatotaa kenyaa gafaa Senaa siin kessaa turataan gaafa dhagefadhu wan jedhu dhaba waaqaayyoo gaarii dha garuu obbooletii koo😭😭😭😭
@user2437
@user2437 2 жыл бұрын
tv,n mo'aa hojii kana cimsaa. Asteer atimmoo hamma baachuu dandeessu qoramte waan ta'eef, jabaadhu jabduu namaa siif dhufa gooftaanke!!
@siibiraayoutube9067
@siibiraayoutube9067 2 жыл бұрын
Jabadhu ati isaa waa hundumaa Caalu Waaqayyoo qabdaa😭😭😭🙏🙏🙏🙏
@fayyiseetareesaa5210
@fayyiseetareesaa5210 Жыл бұрын
Uuuuufffff gara nanyata hadhokoo😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭♥️♥️♥️♥️♥️♥️
@fenetabdisa9968
@fenetabdisa9968 2 жыл бұрын
😭😭😭😭😭❤❤❤Astu koo hunduu gaarummaaf
@1ajman462
@1ajman462 2 жыл бұрын
Jabaadhu Waqaayyoon sii wajjiiin jira
@chaltuda3049
@chaltuda3049 2 жыл бұрын
Jabaadhu hojii gaarii hojjata jirtaa obboleetti Koo waaqayyoo baraf jireenyaa Kee haa ebbisuu
@abatafara9320
@abatafara9320 Жыл бұрын
Waaqayyo wangodheefi qaba Astuu tv mo'aa waaqayyo baraf jireenya keessan haa ebbisu faarfatootta keenya haali dhoksee ka'ee kara keessan ifati bahaa jiru😭😭😭
@mmmsss7192
@mmmsss7192 9 ай бұрын
Waaqayyoo senaa jijiiraa 😭🙏
@kindebuli3098
@kindebuli3098 2 жыл бұрын
Ijjoollee oli ademaanif barumsaa gaarii dha.Akka kootii oso hubbanoo gaarii qabataan gara gahilatii oso seenaa gaarii dha sabiin Isa da.imaan godhaachuu waan jiruf
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZfaq channel kiyyaa subscribe gochuun maatii naaf ta'imee Waaqayyoo sii haa eebbisuu 🎷🎷🎉
@sabboontuuwallagga5194
@sabboontuuwallagga5194 2 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭Astuu farfanna keti baay'ee ebifamnera 💝💝💝💝
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZfaq channel kiyyaa subscribe gochuun maatii naaf ta'imee Waaqayyoo sii haa eebbisuu 🎷🎷
@ejersatesfayeofficial2687
@ejersatesfayeofficial2687 10 ай бұрын
Rakkini oromoo kana.Tajajila farfaattoottaatiin ni eebbifamu garuu nama cina hin dhabatanu.....
@chalijabesa5440
@chalijabesa5440 2 жыл бұрын
Jabadhaa, waaqayyo isin haa eebbisu!
@furnemiresa1
@furnemiresa1 2 жыл бұрын
Tv mo.aa heduu galaatomaa maloo🥰🥰🥰😭
@diborabubaali1931
@diborabubaali1931 Жыл бұрын
😭😭😭😭 Haadho koo Astuyee!! Akuuma Atii jettee Waaqayyoon yeroo hunduuma beekadha!! Namnii Kakuu ni qoraama sana booda ulfinnii wan jirufii jabaadhu ammaas Waaqayyoon siwajjiin jira!!❤️😭🙏
@bowny729
@bowny729 2 жыл бұрын
thank you kalalee keenyaa
@endalkachewaman7824
@endalkachewaman7824 2 жыл бұрын
waqayyoo warra isaa amanatan gonkuma gate hingatu abshir aster jabadhu kalaalee ebbifami dhugaa fayyaan sindhibin
@karaadhugaa7160
@karaadhugaa7160 Жыл бұрын
Innii si gargaaree waaqayyoo guddaa haa ebbiifamu jabbadhu abdiin jiraa💔🥺🥺🙏🙏
@mistukanaa9754
@mistukanaa9754 2 жыл бұрын
Tv mo,aa waqayoo baraaf jirenyaa kesaanii haa ebisuu ..kalalee.hojii garii hojechaa jirataa ebifamii.dhugadhaa waqayoo guyaa qabaa..❤❤
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZfaq channel kiyyaa subscribe gochuun maatii naaf ta'imee Waaqayyoo sii haa eebbisuu 🎷🎷🎷
@mullalamma6213
@mullalamma6213 2 жыл бұрын
Uuuuffeee ijji waaqayyoo koo baga si arge suuqa ati jirtu keessatti😭😭😭
@mesk9621
@mesk9621 2 жыл бұрын
astuu koo atii jabduu dhaa waqayyoo wan godheef qaba eyyee waqni kee waqaa Daniel dhugadhaa waqayyoo namaa jalatuu qoree ilalaa omaa mitii hunduu hin darbaa arafi ilee yoo ta'ee jirenyi gadi debi'aa abdii hin kutni egadhuu guyyaan waqaa sif hin ga'aa warii sagantaa kanaa dabarsitan waqayyoo bara fi jirenyaa kessan haa ebbisuu ebbifamaa ebbifamaa ebbaa fi ta'aa
@jaalwako2689
@jaalwako2689 2 жыл бұрын
MO'AA TV Heedduu galatoomaa!. Hojii isin amma ammaatti hojjettan keessaa kun isa tokkoodha,ulfaadhaa. Astu seenaa kee nama gara jabeessatu dhaggeeffata ani dhaggeeffadhee fixuu hin dandeenye!. Waaqayyo jira giiftii koo jabaadhu, uuuf jecha ishee keessaa ''As qofa mitii Waaqa irrattiyyuu akkan faarfadhu nan beekaa'' nama hamma kanatti abdii qabdu nama cimtuu!. Kan ati hin galle eenyuutu galaree ? Waaqayyo karaa siif haa ta'u.
@latiigaadisaa6367
@latiigaadisaa6367 Жыл бұрын
waaqayyoo waqarraa siiyaa ebbisuu kalalee keenya hojii ajabaa hojechaa jirtaa jabaadhuu.
@KAKUHAARANETHIOPIAYears
@KAKUHAARANETHIOPIAYears Жыл бұрын
#goofta beekadha hunduu indarbaa.sibuukee jiraa.
@amanueltadesseofficial8122
@amanueltadesseofficial8122 Жыл бұрын
Garaan koo guddaa gaddeera Astuu faarsaan kee garuu.....ufffffffff Ilmi Waaqayyoo harka guutee si haa eebisu!
@ejersatesfayeofficial2687
@ejersatesfayeofficial2687 10 ай бұрын
Rakkini mana sagada oromoo Tajaajiltoota hin gargaaruu.Garuu farfaanna namatiin eebbifamu.......Rakkoo mana nama hin beekanu
@wodehord7063
@wodehord7063 2 жыл бұрын
Dursa kalale waaqayyo baraa kee haa eebbisu Aster jabaadhu waaqayyo sii haa eebbisu
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZfaq channel kiyyaa subscribe gochuun maatii naaf ta'imee Waaqayyoo sii haa eebbisuu 🎷🎷🎉
@masaratfirrisaa8392
@masaratfirrisaa8392 2 жыл бұрын
Jajabduukoo jabadhuu Astuu waqayyoo bekkaa dha yeroo isaati gaarii godhaa
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZfaq channel kiyya subscribe gochuun maatii naaf ta'iime Waaqayoo sii haa eebbisuu,
@sanniitubedhagaagoleeqajel332
@sanniitubedhagaagoleeqajel332 Жыл бұрын
Uuuufffffff astukoo hadhokoo wan hundumaa kessati waqayyoo gafaa rakinaa kana kessaa sidabarsuu ulfinaa fulakee duraa jirutu calaa bagga wan hundaraa haftee ani farfanakee amayuu madaa meqan ittin fayee dhugaa (jalotaa arkaa anaf basi maqaa koo hin barbaduu ) Waraa gara ilalanifamas waqayyoo ni birmataa waqayyoo yom akkaa namaa ta. ee guyyaa qabaa wan hundafuu😍😍
@TinaTina-qe5cv
@TinaTina-qe5cv 2 жыл бұрын
Waqaayyo guyaa qabaa asrte faratu Ebbifaami ❤❤ 👏👏👏 iyumaani inni darribaa yoo hojatani bagaa goftaani fayyaa sifi keenne malee hojate ofii jijiruu inni dannidesa✍️ ❤❤❤👏👏👏
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZfaq channel kiyyaa subscribe gochuun maatii naaf ta'imee Waaqayyoo sii haa eebbisuu 🎷🎷
@keetoraancaltuuagaa5430
@keetoraancaltuuagaa5430 2 жыл бұрын
Jabadhuu Astuu Bor guyyaa haradhaa
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZfaq channel kiyya subscribe gochuun maatii naaf ta'iime Waaqayoo sii haa eebbisuu,.
@guta6246
@guta6246 Жыл бұрын
Ulfaadhaa warri Mo'aa TV kun❤💚❤️🙏🙏🙏!!! Galata qabdu!
@wagayobalay3980
@wagayobalay3980 Жыл бұрын
garuu dhugaa waqayoo, rakkinakee har,aa hin irnfataa dhugaa waqayoo bekkadhaa hadhokoo😭😭
@Mathy430
@Mathy430 Жыл бұрын
Uuuufee dhuga bayee nama gadesisaa
@buno_multimedia
@buno_multimedia 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤ hin boian malooo😢😢😢😢😢
@MSCstudent-gk1kz
@MSCstudent-gk1kz Жыл бұрын
Hayii dhugaa garaa nama guba. Tumsi Mo'aa Faarfattuu jabduu kana barbaaddanii as nuuf baasuu keessaniif kabaja argadhaa. Waaqi sin haa eebbisu.
@godislove6054
@godislove6054 Жыл бұрын
Uuuuffff waaqayyoo garridha hadhoo koo💔💔💔😭😭😭
@yesusejirata4025
@yesusejirata4025 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuffffee baayee namaa gaddisaa obsii hadhoo koo waqqayyoo sii jiraa😭😭😭
@temesgendiriba9500
@temesgendiriba9500 2 жыл бұрын
mo'aa TV waaqqyyoo isiin haa ebbisuuuuu dhugaaaaaaaaaa
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZfaq channel kiyyaa subscribe gochuun maatii naaf ta'imee Waaqayyoo sii haa eebbisuu 🎷🎷🎉
@lidiyaafufaa4098
@lidiyaafufaa4098 2 жыл бұрын
Ayizoshi.astukoo.waqayyoo bekadhaa jabadhuu luubuukoo.goftaan innii siwamee sigaragara
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZfaq channel kiyyaa subscribe gochuun maatii naaf ta'imee Waaqayyoo sii haa eebbisuu 🎷🎷🎉
@laliseayyana7800
@laliseayyana7800 2 жыл бұрын
Uuufff yaa waqayyoo attii sabakee yaadadhuu maloo
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZfaq channel kiyya subscribe gochuun maatii naaf ta'iime Waaqayoo sii haa eebbisuu🥰
@user-kf2qm7gm4k
@user-kf2qm7gm4k 2 жыл бұрын
😭😭😭😭 Waqayoo namaa in gatuu jabadhuu Astuuko
@masaratfirrisaa8392
@masaratfirrisaa8392 2 жыл бұрын
Ebbifami obboleti koo kalalee
@dibabeajire6838
@dibabeajire6838 2 жыл бұрын
Uuuufff Rakkin waani bayy'ee Namaa gotii😭😭😭😭😭
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZfaq channel kiyyaa subscribe gochuun maatii naaf ta'imee Waaqayyoo sii haa eebbisuu 🎷🎷🎷
@kenateformeefa2110
@kenateformeefa2110 2 жыл бұрын
Waqayoo daadadha Jabadhu 🙏🙏🥰🥰🥰🥰
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZfaq channel kiyyaa subscribe gochuun maatii naaf ta'imee Waaqayyoo sii haa eebbisuu 🎷🎷🎷
@biqilituudibabaa5656
@biqilituudibabaa5656 2 жыл бұрын
Astuu koo waqayyoo sii walin yaa ta'uu hadhoo koo
@quubsaabookaa1468
@quubsaabookaa1468 Жыл бұрын
Anaan giiftii koo 😭😭😭😭
@eyasuemana6946
@eyasuemana6946 2 жыл бұрын
Astuu seenaan kee jiraachuufuu osoo hin taane dhaga'uuf illee baayyee ulfaata. garuu kana hundumaa keessatti ati Waaqayyoon galateeffachuukee hin dhiifne. Guyyaa tokko akka ati of irra dabartee namoota kan biroof akka ooltu nan amana. Guyyaa itti ati gammachuudhaan kolfi affaan si guutu akka dhufu nan abdadha. sijaallanna 💗💗💗💗💗💗💗💗💗
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZfaq channel kiyyaa subscribe gochuun maatii naaf ta'imee Waaqayyoo sii haa eebbisuu 🎷🎷🎷
@biyyanshiishibbiruu6662
@biyyanshiishibbiruu6662 2 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭 yaa rakkinaa wan atii namaa gotuu!! Jabbaadhuu giftii koo
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZfaq channel kiyyaa subscribe gochuun maatii naaf ta'imee Waaqayyoo sii haa eebbisuu 🎷🎷
@bonsa123
@bonsa123 Жыл бұрын
imimmankoo qabaachuun dadhabe dhugaa. ati warqeedha giftiikoo. warqeenimmo utuu mormarra hin gain dura abidda seena kanaaf qoraamte jabaadhu. bor akka haraa mitii.ani waanan dandau hundaan siwaliinan jira. qopheessitoonni sagantaa kanaa eebbifamaa.
@habtebeshaofficial
@habtebeshaofficial 2 жыл бұрын
Gooftaan bara keessan haa eebbisuu
@rundasegebeyehu979
@rundasegebeyehu979 Жыл бұрын
warra kan argitan Mo'aa TV galata argadhaa. Waan qabnuun bira haa dhaabbannu!
@summeraawallaggaa7549
@summeraawallaggaa7549 2 жыл бұрын
Waqaa si garagaruu jaabadhuu😭😭❤️❤️
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZfaq channel kiyyaa subscribe gochuun maatii naaf ta'imee Waaqayyoo sii haa eebbisuu 🎷🎷
@bijgefufayeraderesa6684
@bijgefufayeraderesa6684 2 жыл бұрын
Wawo astu ko bagaa nagaan dhufte
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZfaq channel kiyyaa subscribe gochuun maatii naaf ta'imee Waaqayyoo sii haa eebbisuu 🎷🎷🎉
@destatolera4963
@destatolera4963 Жыл бұрын
Uuuuuuuuuuffffee baayee namaa gaddisaa obsii astuu koo waqqayyoo sii jiraa😭😭😭
@aseefaasee7265
@aseefaasee7265 Жыл бұрын
Uuuuuuuufeeeee hin darbaa hin fakkaatuu garuuu hin darbaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@dirrootube8443
@dirrootube8443 2 жыл бұрын
Jabaadhu astukoo jira waaqayyo
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZfaq channel kiyyaa subscribe gochuun maatii naaf ta'imee Waaqayyoo sii haa eebbisuu 🎷🎷🎉
@derejedufera9320
@derejedufera9320 2 жыл бұрын
Kalaaleen hojii ati hojjachaa jirtu baayyee gaarii waan ta'eef jabaadhu waaqayyo si haa eebbisu
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZfaq channel kiyyaa subscribe gochuun maatii naaf ta'imee Waaqayyoo sii haa eebbisuu 🎷🎷🎷
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZfaq channel kiyyaa subscribe gochuun maatii naaf ta'imee Waaqayyoo sii haa eebbisuu 🎷🎷🎷
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZfaq channel kiyyaa subscribe gochuun maatii naaf ta'imee Waaqayyoo sii haa eebbisuu 🎷🎷🎷
@SaraSara-mv7rt
@SaraSara-mv7rt Жыл бұрын
Uuuufffff Amumaa Rakkinni Kee Baay atee Ebbii Kee Dachaadha Omma mitii Waaqayyoo Guyyaa Qabaa
@bedassadiriba9105
@bedassadiriba9105 Жыл бұрын
Garuu namni keenya wal gargaruurraatti hir'ina guddaatu jira namni faarfannaasheeti namni garaa eebba bahe danuutu jira kanaaf adaraa walhaa gargarru nama jireenya qanani barte waan taatef itti wallalte ha gargarru
@abdataboka389
@abdataboka389 Жыл бұрын
So pain full
@fordosadanech5309
@fordosadanech5309 2 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭homaa mitii watii hin darabinee hin jiruu jabiduu 🙏 ❤❤❤❤
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZfaq channel kiyyaa subscribe gochuun maatii naaf ta'imee Waaqayyoo sii haa eebbisuu 🎷🎷
@gudiseetube5312
@gudiseetube5312 Жыл бұрын
Uuuuuuffffeee Giiftikooo😢😢😢🥺🥺
@misomisoo451
@misomisoo451 Жыл бұрын
Uuuuuuuff jabaadhuu hadhoo keenyaa😭😭
Tumsa mo'aa faarfattuu obsee
1:31:00
MO'AA TV
Рет қаралды 25 М.
ANGAFA NAGAA KOO || FAR ASTEER KEBABA @ifafayinatvofficial1906
17:10
Ifa Fayina TV Official
Рет қаралды 34 М.
Clown takes blame for missing candy 🍬🤣 #shorts
00:49
Yoeslan
Рет қаралды 39 МЛН
아이스크림으로 체감되는 요즘 물가
00:16
진영민yeongmin
Рет қаралды 61 МЛН
🤔Какой Орган самый длинный ? #shorts
00:42
Aster Kebeba @glao show (Kutaa 1ffaa)
36:07
Galo show
Рет қаралды 20 М.
TUMSA MO'AA FAAR SANNAAYIT MULAATUU WALIIN
52:28
MO'AA TV
Рет қаралды 28 М.
Yeroo Jaalalaa
30:51
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 60 М.
ASTER KABADA ALBUM LAKK. 2FFAA | Oromo Gospel Song | FAARFANNAA |
1:12:05
Gola Maatii (May 19 2021)Finfinnee
54:28
FIB Advertising & Requiretments
Рет қаралды 68 М.
Aster kababa farfannaa bayyee namatti tolu
14:18
Nardos Tube
Рет қаралды 77 М.
Tumsa Mo'aa Kutaa 2ffaa | Faarfattaa Dassii Waliin
1:47:18
MO'AA TV
Рет қаралды 13 М.
Clown takes blame for missing candy 🍬🤣 #shorts
00:49
Yoeslan
Рет қаралды 39 МЛН