No video

Mucaa du’ee waggaa 4 booda Du’aa kahee gale !! Kun dhugumaa??

  Рет қаралды 61,269

Dr Nafyad Getu Official

Dr Nafyad Getu Official

11 ай бұрын

Down syndrome #ethiopianmusic
#oromomusic
#drnaafyaad
#etikateferi
#oromummaa
#etikanewmusic
#etikaoromummaa

Пікірлер: 393
@beshadubeshadu412
@beshadubeshadu412 11 ай бұрын
Dr dhiifamaa gaaruu ajaandaa keetiini alaa gaafii tokkooni sii gaafadhaa❤❤❤ milii kiyyaa hiddaa guurachaa gurgguddaa naatii baahee yeeroonni dhabbadhuu naa dhuukkubaa naa dhaahaataa namaa yaalaa dhaaqee hidhadhuu jeedhaani waayyaa itttini hidhadhuu naa keenannii waayya gababbaa yeerooni ufaadhuu sheemii naa qabaa guurachii suuni ni mulaata fuurmaanii maali yaa Dr keene plc plc❤❤❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 10 ай бұрын
❤❤❤Beekumsii Eegumsaa dursii Namni yoo du'ee mootummaan qabeenyaa barnootaa ni eegaa
@yesribamohammed7726
@yesribamohammed7726 11 ай бұрын
Gaafii bara dheeraa sammuu kiyyattii gaafii ta,e naaf deebiftee dhugaa rabbii ani madaamiin bira hojeedhuu barsiiftuu ijollee sammuu hin qabne akkasiiti garuu fullii jeraa hunduu baayye wol fakkaatu ajiib namuman gaafadhuu dhabeen dhiise thank you Dr ko❤
@zamzamamanzamzamaman1980
@zamzamamanzamzamaman1980 11 ай бұрын
Biyyaa araba kana keessa namani xiqo haqinaa qabaan man barumsaa tokkoo bartuu ani achii waan demuuf madam koo wojjiin hundii isaaniittuu wolifakkaattuu
@ganatganat6080
@ganatganat6080 11 ай бұрын
Raji
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 11 ай бұрын
Malo mati naf time hadhoko
@biyansadesisa2759
@biyansadesisa2759 11 ай бұрын
Dr Nafyad yaada positive ta'e kennuu keessaniif guddaa Galatoomaa. Dhimma daa'imman rakkoo walfakkaataa akkanaa irratti dhaabbata NGO tokko wajjin daa'imman rakkoo qabaniif deeggarsa gochaa tureera. Yaanni isin kaastan gama fayyaafi namoota muraasa barnoota qabantu beeka malee hawaasni bal'aan hubannaa gahaa hinqaban.
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 11 ай бұрын
Malo mati naf time hadhoko
@ArsiitiiAsall
@ArsiitiiAsall 11 ай бұрын
Subahaan Allah hajaaiba
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 11 ай бұрын
Malo mati naf time hadhoko kotu
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 10 ай бұрын
❤❤❤Yeroo Faayyaaa Guyyaan gaadisa yaannis waraanaa qabeenyaa Eegumsaa qoradhuu Beektoonnii Amaraa hinaaffaan haqa ittisaa dhaloota deemsis Lolaa minister barnootaa Especialisty fayyaan competition qorannoo
@rumahajigarsohaji1889
@rumahajigarsohaji1889 11 ай бұрын
Dhugadha Dr
@bontuuambo3424
@bontuuambo3424 11 ай бұрын
Dr galatomii si jalanna❤️❤🙏🏿dhugaa keeti ollaa kenyaa mucaa tokkoo isumaa kanaa fakkatti garuu ishen dubaraa yeroo bay, ee wal fakkatuu rabbii baraa nagaa nuuf haa godhuu garuu namni du, ee yoo galuu egalee mother koos akka galtu abdin qaba?😢 ni bo, uu ta, ee ni kolfuu ta, ee wali hin bekuu ani 😭😅😅🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿
@user-li1sm9uf6e
@user-li1sm9uf6e 11 ай бұрын
😢😢😢😢namnii du,uee konkumaa hin galuu Rabii obsaa sifhakenuu
@Chaltutesema-g1i
@Chaltutesema-g1i 26 күн бұрын
Dhugaa dha garuu Dr
@jgyvhhvtfv6791
@jgyvhhvtfv6791 11 ай бұрын
Garidha yani kee jabadhu wwwoooowww
@user-mn7ip9cp3m
@user-mn7ip9cp3m 11 ай бұрын
Dr mucaa kana irraatti qorannoo karaa fayyaatin mucaan kun ergii miidhaan nyaatee hangam akka ta'ee kan adda baasuu hin jiruu dr
@LemiFayeraOfficial
@LemiFayeraOfficial 11 ай бұрын
You are right in the eye of science
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 11 ай бұрын
Malo mati naf time hadhoko kotu
@bifitubalina8596
@bifitubalina8596 11 ай бұрын
Dr dhugaa kee jeete wan kun biyyaa keenyaa itti iyyuu argeeraa naqamete namoota wali fakkata kan gargaara hin ijoolee sadii argeera ani sadanuu matiin gargaaradha oli iyyuu hin beekaan wan kun sirrimaadha Mucaan kun kan warra jalaa badeedha 💯%
@marykheetan813
@marykheetan813 11 ай бұрын
Ulfaadhu Dr
@aaliyabullo7840
@aaliyabullo7840 11 ай бұрын
Anaa jalaqabaa like godhee 😂❤
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 11 ай бұрын
Malo mati naf time hadhoko kotu
@erfaseee3265
@erfaseee3265 11 ай бұрын
Dhugaa dhaa ijole baay'e jira kan wal fakkatan warri akkasii jiru nannoo kenyaa
@denbelikeno3628
@denbelikeno3628 11 ай бұрын
Galatoomi Dr. Daa'ima akkasii tokko qabna akkamitti mana barumsaa galchuun danda'ama bakki itti barsiisan yoo jiraate maaloo nu beeksisi
@meseretasefa-7363
@meseretasefa-7363 11 ай бұрын
Thenks Dr
@user-ge1pu9ov5c
@user-ge1pu9ov5c 11 ай бұрын
dhugaa anii fi mucayyoon tokkos baay'ee wal fakkaachuu keenyarraa kan ka'e ishii anaan anammoo isheedhaan waamu sanaammoo kan nama dhibu iddoon jireenya keenyaallee ollaadha yaa rabbii
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 10 ай бұрын
❤gaaffiin mariif tolaa Eenyuutuu biyyee bakka walaalamee of Caqasii
@user-rn6lp1xi5n
@user-rn6lp1xi5n 11 ай бұрын
Dhugadhamoo rajiidhaa
@urjiiamboo5417
@urjiiamboo5417 11 ай бұрын
Gutee namnii walii fakataan. isanuu Akkamiitii yaduu. Safuu
@ibsashow107
@ibsashow107 11 ай бұрын
Thanks Dr naf
@jaletaaliyi5546
@jaletaaliyi5546 11 ай бұрын
Dhugaadha doctar ni jira nanno Kenya ammaa surra kasee sif arguu nan danda,aa
@tigesttigest5862
@tigesttigest5862 11 ай бұрын
😂😂😂Doktor isaan 3 jedhu atti moo 1 itti dabaltee 😂 animoo maal jedhuu
@jaalentertainment
@jaalentertainment 11 ай бұрын
❤ sanyii tiyyaa maatii naaf ta'i ❤
@user-ls2ys5lr4d
@user-ls2ys5lr4d 11 ай бұрын
Dhugaa jeeten Dr galatomaa
@boniioroboniioro
@boniioroboniioro 11 ай бұрын
Wan jabatte
@user-ir6dq8lp3e
@user-ir6dq8lp3e 11 ай бұрын
ilmii nama garaamitii yaada jiraa gaaruu baraa kana!!!!!!!!!! Yaa waqayyoo ati nuyaadadhu sobiin baay,ateraa adunyaa kana irraa kan du,ee egaa yomii galee
@user-on4sg9yj2o
@user-on4sg9yj2o 11 ай бұрын
Aswrwb Doktor Naaf yaadjirtani galatooma namniergadu'ee yoomgaledhageene biyyaantasgabbaahajedhan galtooma warri mucansunkennajedhesantu anaafsirriidha malee du'egalekanjedhu soba
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 10 ай бұрын
❤❤siiriin dhibeedhaa kanaaf Ogeeyyiin fayyaa yuniversity Teessuma lafaatiin Eegumsaa dhoksaa Especialisty dhibeenis ijaa wal'ansaa boonin yaa sababa humni barnootaa irkoodha
@biranisaedhilalaljabri1519
@biranisaedhilalaljabri1519 11 ай бұрын
Dr Gaalatomii dhugaa
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 10 ай бұрын
❤waggaa 4 osoo really yaadannuu lubbugzx kan yaadee beekuuf ni ulfaataa? Duutii uumaadha. Garuu Eegumsii jiruu Beekumsii ni ulfaatee hin dagannuu home work
@user-cu5pv5bm8i
@user-cu5pv5bm8i 11 ай бұрын
Dr biyee keessatiis yalaa jirtuumo
@likkeemekonin8288
@likkeemekonin8288 11 ай бұрын
Galatomaa Doctor keenyaa
@allizayazid3141
@allizayazid3141 11 ай бұрын
Kun kijiba dangaa darbedha hoji rabbitti hingalina allahu akubar subhanallah
@NASRATUBE-pu3ur
@NASRATUBE-pu3ur 11 ай бұрын
Subanaallah Subanaallah Subanaallah Subanaallah maashaallah maashaallah maashaallah maashaallah maashaallah
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 11 ай бұрын
Malo mati naf time hadhoko kotu
@user-pz2wk6it9i
@user-pz2wk6it9i 11 ай бұрын
Dr gute namni akkasi kan wara jala badeettii him aja'ibaa kun
@nasiifshow957
@nasiifshow957 11 ай бұрын
Qorannaa dhiigaatiin adda baafachuun hin danda'amuu Dr?
@user-xx9lj1jc1y
@user-xx9lj1jc1y 6 ай бұрын
Dr akkama nagadha kirkiru harka Fi qaama Marii Wal qabata
@Awwishow
@Awwishow 11 ай бұрын
Dhugaadha garuu
@oromiahailee4491
@oromiahailee4491 11 ай бұрын
Atti moo ubbannoo qabduu irra wan umataf qodeef galatomii dktr sii jalanaa bekaa kenyaa❤❤❤❤❤
@JirufJiregna-vy2og
@JirufJiregna-vy2og 11 ай бұрын
dhugaa kee jette dr
@ZainabEthyoobia-gt2yw
@ZainabEthyoobia-gt2yw 11 ай бұрын
ዘመን፣በተቀየረበት፣ግዜላይነን፣ዲኤንኤ፣ያረጋግጣል፣ሰዉ፣ለምን፣ይጨነቃል
@tsyonfddghtg1093
@tsyonfddghtg1093 11 ай бұрын
Lakkii Dr hojiin waqayyoo bayeedhaa kanafuu du'aas kasuu in dandaa'a ini guddan qoranno gudhu fii edoo awalaa lalun barbachisadha hubanoo cima gochu qaba warii
@fozi-ph6sw
@fozi-ph6sw 11 ай бұрын
Anna Ajandaan Ethiopia guyya guyyan argamu kun naa dhibaa
@addoyye
@addoyye 11 ай бұрын
Inna lillah waa innaa aleeyhi rajaa'un Erga yoom ilmii nama du'e galaa kun soba Seexana ta'u olle
@user-ub8gw6pr1k
@user-ub8gw6pr1k 11 ай бұрын
Gafa dhukufisatu sibiratiwalalamine 😅😅😅😅
@user-ub8gw6pr1k
@user-ub8gw6pr1k 11 ай бұрын
Asitofirila 😂😂😂
@user-ub8gw6pr1k
@user-ub8gw6pr1k 11 ай бұрын
Yarabi maluma dhagama Jira barakana
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 11 ай бұрын
Maloo mati naf.time adara
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 11 ай бұрын
Malo mati naf time hadhoko kotu
@chantamisocial2604
@chantamisocial2604 11 ай бұрын
Waqaayyof ifadhaa hunduu
@user-ue6fr8be2j
@user-ue6fr8be2j 11 ай бұрын
Ta'uu danda'a mucaan Kun Jara warra bulguu sanaan qabamee du'e taanaan isaan lubbuu itti deebisanii raatessanii kaa'u jedhan wanti akkasii jira
@user-ir6dq8lp3e
@user-ir6dq8lp3e 11 ай бұрын
Dr galatomi dhugaa jirtuu kanumaa
@temperedglass2356
@temperedglass2356 11 ай бұрын
Dr Ebbifaamii ❤❤
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 11 ай бұрын
Malo mati naf time hadhoko
@EtoBh-ic9lt
@EtoBh-ic9lt 11 ай бұрын
Gafiin koo Akkam matii isan wal Arguu danda'anii ??
@allasantube821
@allasantube821 11 ай бұрын
Dhugaadha anu nama bekku natti fakkte waan namota wal fakkatan arginufii eda
@user-vg7uj8hm2t
@user-vg7uj8hm2t 11 ай бұрын
Garuu matiin mucaa hin dogogrera kun dhuga jedhe hin yaduu qabiir iss bann haa ilalan 😭
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 11 ай бұрын
Malo mati naf time hadhoko kotu
@OromiyaaOromoota-wq2yh
@OromiyaaOromoota-wq2yh 11 ай бұрын
Galatooma.
@burtukan1147
@burtukan1147 11 ай бұрын
Wan hin jedhamnedhaa
@zamzamahamdtube8473
@zamzamahamdtube8473 11 ай бұрын
ufff afuraa nuti debiste dr ulfadhuu bagumaa obbolleessaa bartee qabanee kkkkk rafee buluu sodadheyuu duraa ani
@dnkjesusislorddnk1130
@dnkjesusislorddnk1130 11 ай бұрын
Dhugaa jette Dr. Akkas ta'u qaba malee waggaa 4 booda du'a ka'uun hin jiru
@zeharazehara9372
@zeharazehara9372 11 ай бұрын
Ajebaa
@user-br7lt1lh7n
@user-br7lt1lh7n 11 ай бұрын
Dr❤
@shalamamotuma5249
@shalamamotuma5249 11 ай бұрын
Dr 10q
@alushemijena4793
@alushemijena4793 11 ай бұрын
Sooba waan akkasi hin jiruu
@user-vu3sl5sn3n
@user-vu3sl5sn3n 11 ай бұрын
OMG what this now OMG my goodness I didn't now problem sorry I didn't understand About This for me ,?
@astechtube
@astechtube 11 ай бұрын
Good 👍 Job bro
@user-ud9ss5dg8y
@user-ud9ss5dg8y 11 ай бұрын
Yaa Dr ani yadaa qabhaa lakofsaa kee asili jelatii naf kaii
@foziya-eo7sm
@foziya-eo7sm 11 ай бұрын
Galatomii Dr gafii samuu kiyaa naf debisatee❤❤
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 11 ай бұрын
Malo mati naf time
@bekyna1019
@bekyna1019 11 ай бұрын
Dhugaa rabbii namoota akkana Kan walfakkaatan hedduun argee
@ayanayanayan8866
@ayanayanayan8866 11 ай бұрын
Amma immoo wagga 4 tahe mo dura wagga 3 jechaa turan
@technocell6851
@technocell6851 11 ай бұрын
Motumaan itopiyaa enyuu akka tee ,e laluu dhufee
@AshenafBedane
@AshenafBedane 11 ай бұрын
Is there clearly
@baccuusaboqa8335
@baccuusaboqa8335 11 ай бұрын
Jiraa dr galatoomi
@sardaHD
@sardaHD 11 ай бұрын
woow bayyee namati tola xinxallii kankee
@LA_TY430
@LA_TY430 11 ай бұрын
Mere video isaa🙈🙈
@shewayeniguse6140
@shewayeniguse6140 11 ай бұрын
Dhugaa natii hin fakatuu anaa
@mastubekuma6419
@mastubekuma6419 11 ай бұрын
Lakkii anii namaa du ee waggaa 4 boodaa galee dhiissatii guyyaa 4 enyuutuu argee beekkaa
@aantuukamal4181
@aantuukamal4181 11 ай бұрын
Umma taa kenna kaan homa hunddaa rabbiin qaxxa’e waan akkanattin akkamitti sobaman Erga yomi namni du’e gaale Waan ijollen soban namni guddan akkamiti sobaman
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 11 ай бұрын
Malo mati naf time hadhoko
@weynnikenenisa9003
@weynnikenenisa9003 11 ай бұрын
Lakof bilbila kee maxansii doctoor😊😊
@belayenshbacha3303
@belayenshbacha3303 11 ай бұрын
❤❤❤ dhugaa jeete dr
@tadelukitila6752
@tadelukitila6752 11 ай бұрын
Dhugumatii atii doktoradhaa Galatomii
@walitube8668
@walitube8668 11 ай бұрын
Wanni du'eedhufe hin jiru mucaarra nu jalaa bade jedhaniiti.
@obseetemesgen9331
@obseetemesgen9331 11 ай бұрын
dhugumaam baayee wal fakkatu namootni akkasii anu mucaan beeku natti fakkate. du'ee du'a kan ka'e Goofta Yesuus du'a qofa inni du'a gararaa ta'e
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 11 ай бұрын
waqayyo malee Nuu dhagesessaa
@user-so9xl4ft2o
@user-so9xl4ft2o 11 ай бұрын
Dhugaadha wari Akkasi jiruu biyyaa araba kana kesa bayeedha Waaqayyoo nuha Olchuu
@keenaatube
@keenaatube 11 ай бұрын
Amma Wagga meeqa jedhamu wamamaa Dr inni Wagga afur(4)ni lakka'ama😮😮
@abushbaba4327
@abushbaba4327 11 ай бұрын
Dr.maaf. nu gaafatu deebi doctor fi polisoota irra eegata jira
@digodiriba6013
@digodiriba6013 11 ай бұрын
Egaa yoomi namni du,ee galu jalqabe rabbi jeraaf haa dhisuu namni bayyeen wal fakkata kanumaf mucaa jeraa itti fakkate malee
@ShureeNugusee
@ShureeNugusee 11 ай бұрын
Anii ija kotiin nama akkan nama lamaa argeera Naannoo kotii
@metibayisa7440
@metibayisa7440 11 ай бұрын
Isaa otizimii jedhan sanadhayii
@bbbbjjjj5979
@bbbbjjjj5979 11 ай бұрын
Erga sila deeme achuma woyyaf jiruun qaalidha hama matiinis isa sidatu wan ta ef tari ergama fudhate dhufe akkamiti gafana ino hin dubatu
@lesaawallaggaa9342
@lesaawallaggaa9342 11 ай бұрын
Kan due gaale hin bekkuu Dr kun sobaa😅😅😅
@Lightson4l
@Lightson4l 11 ай бұрын
Waggaa sadii jedhu mitii
@zeinakhoury111
@zeinakhoury111 11 ай бұрын
Kunii wan addaatii Dr galatomaa
@user-so9xl4ft2o
@user-so9xl4ft2o 11 ай бұрын
Garuu Ufanani ijoole kana wal fakata dhugaa bifa bicha miti bayeesusim
@dinkineshshiferaw
@dinkineshshiferaw 11 ай бұрын
dhugaa rabbii tokko nannoo keenyaa tokkoo kanuma fakkata
@user-yj8of3qc4p
@user-yj8of3qc4p 11 ай бұрын
Namni du'e ka'ee jireenya barabaraaf du'a bara baraa Argee dhugaa ba'ee jiraa hin dinqifatiinaa
@Ganniarsiisaguree
@Ganniarsiisaguree 11 ай бұрын
Er sobaa hin bade malee kan du'ee ka'uun guyyaa dhuftaa gooftaa ken isaa lamaft hin genyee 😮
@user-rp3le6qf7o
@user-rp3le6qf7o 11 ай бұрын
Ajaibaa dk kuni
@kooketi7326
@kooketi7326 11 ай бұрын
subahana allah maaljechudha kuun
@gelaneendriyas2644
@gelaneendriyas2644 11 ай бұрын
Kun dhuga hinfakatu Mucan kun nama jala bade ta’a hahiyafatamu nami fakati hindhabu wantaef Angon du’a ka’uu kuristisif kiristos qofa
@abdulletif4010
@abdulletif4010 11 ай бұрын
Dhugaa jette doktar keenyaa osoo wanti akkasii ka,uunu jiraatee ethiopia keessaatii hin ka,u kaa lubbuun jiruu deemuuf yeroo qophaayaa jiruu kanati achii dhufee taanan maybe dhugumaa wifi hin dalaguu jechuudha package hidhatee deemuu didee durumaa
@matrrugf6605
@matrrugf6605 11 ай бұрын
Natuu hundaa duraa lale
@YaadannooYaadannoo-kb8gn
@YaadannooYaadannoo-kb8gn 11 ай бұрын
Dhugaadha uamamni akkanaa walfakkaata👍
DABALOO DIRAMA AFAAN OROMO | MO'AA TV NEW YEAR SPECIAL
15:23
MO'AA TV
Рет қаралды 114 М.
Can A Seed Grow In Your Nose? 🤔
00:33
Zack D. Films
Рет қаралды 32 МЛН
Son ❤️ #shorts by Leisi Show
00:41
Leisi Show
Рет қаралды 10 МЛН
Little brothers couldn't stay calm when they noticed a bin lorry #shorts
00:32
Fabiosa Best Lifehacks
Рет қаралды 17 МЛН
IQ Level: 10000
00:10
Younes Zarou
Рет қаралды 13 МЛН
mustariyaan warra isanitti waan Ajjaa'ibaa hojjataa jirtti
18:55
ummu kanus
Рет қаралды 155 М.
Aafiyaa: Dhiibbaa Dhiigaa, Dr. Khadiir Nageessoo
58:28
Nuuralhudaa
Рет қаралды 3,8 М.
Laguun ykn peereediin maaliif yeroosaa eeggatee hin dhufu ?
10:08
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 22 М.
Can A Seed Grow In Your Nose? 🤔
00:33
Zack D. Films
Рет қаралды 32 МЛН