Amboon Misoomaan amma maqaashee geessi? Caayaa :Turtii Kantiibaa Magaalaa Amboo waliin taasifame.

  Рет қаралды 69,193

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

3 ай бұрын

Turtii Kantiibaa Magaalaa Amboo obbo Haacaaluu Gammachuu waliin taasifame.
Amboon Misoomaan amma maqaashee geessi? Caayaa :Turtii Kantiibaa Magaalaa Amboo waliin taasifame. maaltu waadaa galame maaltu raawwatame akkamiin hojjetamaa jira. misoomni eegalameefi karoorfame maalirra jira eessa gahe...

Пікірлер: 332
@lense7715
@lense7715 3 ай бұрын
Aniwaar atumtuu baga oromiyaafi ummata kanaaf jiraatte,jabaadhu!!
@dhabajidha59
@dhabajidha59 3 ай бұрын
Jabaadhu! Gidiraaa WAARSHAAN DANGOTE hojii dhabeeyyii IMXn gurma'an irratti raawwachaa jiru tokkos gaaf tokkoo...
@jemilatunna5276
@jemilatunna5276 3 ай бұрын
Anawar Jamal Habibi 👑👑💖💯 OBN sababa Ati qofti keessa jirtuuf dawanaa dhugaa Rabbii jabadhu rabbiin SII haa erguu👑💘💯
@gobeburka5634
@gobeburka5634 3 ай бұрын
baga nagaan nuuf dhufte anwaar keenya
@MotiTeso
@MotiTeso 3 ай бұрын
Anwar 💪💪💪 Obb. Hacaaluu loogii Fi xaxaan dur irraa kaasee xaxamaa ture hangam akka isin danqe hubattanii jirtu. Kanaaf Hojiin gaarii fi xaxaan isin har'a hojjettanis akkasuma dhaloota boriif akka ta'u beeki!
@HaqabasMekonnen
@HaqabasMekonnen 3 ай бұрын
dhiira dhugaa jaallattu , dhugaa uummataa agarsiisuf halkaniif guyyaa hojjattu waggaa kuma nuuf jiraadhu. jabaadhu
@bayugezahegn9608
@bayugezahegn9608 3 ай бұрын
Appreciated your job Anwar, keep up your good job
@user-wl3dd8bt1x
@user-wl3dd8bt1x 3 ай бұрын
Real journalist thank you Anuwar
@AmiinaAbdallah
@AmiinaAbdallah 3 ай бұрын
Mashaallah Mashaallah tabarkallah rabbii umrii siifhaa dheressuu Anwar keenya qaali sabaf hojjatu ofitti keene
@mahmudjuneydi3052
@mahmudjuneydi3052 3 ай бұрын
I listened with a smile. If this continues to be strong, many things will improve. Because, in the morning of OBN's CAAYAA program, the discussion becomes a government office. This means that although they learn from it, they are becoming aware of the fear that the people will be harmed and that there will be responsibility if the law is broken. so keep going and may god help you. Thank you OBN for organizing the CAAYAA program.
@user-iy7hv4ww2t
@user-iy7hv4ww2t 3 ай бұрын
Sa.aa keessaan bayyee gaababattee waan taheef sa.aa keessaan dheerreessaa sagaantaa keessaan bayyee garidhaa hordooftootta bayyee horaataa jirttu battii ja.aa as torban torbaniin isiininii Yom gahaa sa.an Yom gahaa jeennee qoophiin isiin hordoofaa jiraa waan taheef sa.aa keessaan fooyyeessaa jeenaa galatoomaa ANUWAR Jamaal sii wolin jiraa Rabbii gadittii seenaan bara baraan sii yadataa❤❤❤❤❤
@hailemeskelgrum5794
@hailemeskelgrum5794 3 ай бұрын
Excellent Jornalist appreciated what you are doing
@samiramuleta3519
@samiramuleta3519 Ай бұрын
Anewar Jabadhuuu Rabbiin kee Qofaa sodaadhuu haqaa qabaadhuu dhukkee irraa kaassii Jaarraa mashaa Allah Jabadhuu
@RahmaRahma-be1dm
@RahmaRahma-be1dm 3 ай бұрын
Anwaar jabaadhu caayyaa sii waliin bareedaa
@user-vg8rm6lp4f
@user-vg8rm6lp4f 3 ай бұрын
Jabadhuu habibee rabbiin sii haa eguu
@bekanterefasarbesa
@bekanterefasarbesa 3 ай бұрын
Anuwer haqnii haqaqalamtee sii birattii umamataf debi'aa jira jabadhuu
@foziyaakedirkana8433
@foziyaakedirkana8433 3 ай бұрын
Anawar keenna Gazexessaa cima Yoo ati sobdoota kokkee huutee daf,qisiistu laalun hedduu namatola jabaadhu itti muddi 💪🏽💪🏽❤️
@faaxee355
@faaxee355 3 ай бұрын
Maashaa Allaah jababaadhu Anuu kenyaa❤❤
@ayelederbie6192
@ayelederbie6192 3 ай бұрын
Anwaar Jamaal Gazeexeessaa Uummata Hojii Baay'ee waan jajabeeffamuu qabu hojjecha jirta jabaadhu baga Sagantaa Caayyaa deebii jechaa Jabaadhu Ilma Sabaa
@Jimmajimmittii483
@Jimmajimmittii483 3 ай бұрын
Ambo mineral water is sold to neftegna and still in the hand of neftegna. Please return the mineral water to the people of Ambo. Ambo mineral water and other natural resources are a gift from God to the Oromo people, not for neftegna investors
@abrahamtesfaye5022
@abrahamtesfaye5022 3 ай бұрын
ቶርቶራ ስራ አትስራና ነፍጠኛ ብውል ጅማታም
@mulgetadaba8340
@mulgetadaba8340 3 ай бұрын
Shawa lixaa anaa Ada,aa bargaa magaala muger yoom dhuftaa
@eliyasbalina903
@eliyasbalina903 3 ай бұрын
Sagantaa Caayaa hordofuuf jedhee OBN 'subscribed' godheeraa
@user-se4rt6bk2n
@user-se4rt6bk2n 2 ай бұрын
Aniis
@Gechiwest
@Gechiwest 3 ай бұрын
Gaaffinis ta'ee deebiin kennamaa ture beekumsaan ta'uun isaa namatti tola. garuu immoo dhimmoota akka komiitti ka'an jabaadhaa furaa rakkicha waan beektaniif
@tolassaseifu4752
@tolassaseifu4752 3 ай бұрын
Baga nagaan nuuf deebite. Jabaadhu
@AbbuuBaattaa
@AbbuuBaattaa 3 ай бұрын
Anawar jabadhuu iyyaa uumataa dhagesisii
@user-bf5ff9us8v
@user-bf5ff9us8v 3 ай бұрын
Rabbii male naman ittii himadhu qabu dhugaa fi haqni bulee baha keeyrumaafi
@Surprisedethaneticha
@Surprisedethaneticha 2 ай бұрын
Anwar dhiiraa nama jabadhu qookee qabde jirta jabadhu
@MarwanIsmail-o8g
@MarwanIsmail-o8g Ай бұрын
Waan gaariiratii jirtaanii jabaadhaa
@Seyfa432
@Seyfa432 3 ай бұрын
Well came back bro anuu❤
@foziyaakedirkana8433
@foziyaakedirkana8433 3 ай бұрын
Anawar jabaa journalist❤❤thank you Bravo
@user-ok5sh3hk7q
@user-ok5sh3hk7q 3 ай бұрын
Jabaadha waan gaarii hojechaa jirtu caayaan
@Orthodox.
@Orthodox. 3 ай бұрын
Baga Dhufte Anuar Keenya
@MOHAMMEDMame-vs1jm
@MOHAMMEDMame-vs1jm 3 ай бұрын
Anwar keenya,dhugaaf jiraadhu.jabaa namaa.
@taajuushow7829
@taajuushow7829 3 ай бұрын
Jabaadhu Anwar
@fireederesaafireederesaa3513
@fireederesaafireederesaa3513 3 ай бұрын
Bagaa nagaa dhuftee anwaar keenyaa❤❤❤❤❤❤❤
@smartsmarts442
@smartsmarts442 3 ай бұрын
Anawar Hojii Bareda Jabadhuu Wogaa Kumaa Nuuf Juradhuu
@alemiyeketema1019
@alemiyeketema1019 3 ай бұрын
Nice
@LalisaaNagaash
@LalisaaNagaash 2 ай бұрын
Godina shawaa kaabaa magala fichee kootu waan ajibaa agarataa ❤kootu maaloo
@AbrahamHaile-cr1hq
@AbrahamHaile-cr1hq 3 ай бұрын
Anwar jabaa namaa👌jabaadhu 👏
@asteraster1034
@asteraster1034 3 ай бұрын
Well come aniwar nuf jabadhu lencaa kenyaa
@kassahungetachew1718
@kassahungetachew1718 3 ай бұрын
Aboo ati nuu jabaadhu anuwar jaraatin nuu nyaachuuf jirti ilmon ilmo nyaati kan jedhamef isaan kaanaafi
@moneyid
@moneyid 3 ай бұрын
next hachalu, love u Anne 😄😃😃😃😃🤩😘😘😘😘, We need reality
@YisakChala-zo3yh
@YisakChala-zo3yh 3 ай бұрын
Caayaa haqaa ummaataf hojjeecha jiru bay'ee sin jaallataa umaanii kenyaa garu wan hafeetu jira waa'ee buuffaata konkkoollaata maliif hin kanee ???????? Hojjii sin hojjeecha jirtan heduu itti gammada umaan kenyaa jabaadha itti fufaa❤
@FeyisaEdasa
@FeyisaEdasa 27 күн бұрын
❤❤❤❤❤
@yonebijiga6556
@yonebijiga6556 3 ай бұрын
Waanuman jedhun dhabe.dhugaa rabbi Annuwaar ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
@kenenikeneni8882
@kenenikeneni8882 3 ай бұрын
Dhuga bayee garidhaa gafii umataa gafachuu kechanifii
@nafkotfisseha4156
@nafkotfisseha4156 2 ай бұрын
BBC hard talk nam qopheessu san naffakatee korma dhiira. Jabadhu. Kantiban illee nam cimaata'u isaa nibeka akka fooyyesu abdin qaba.
@sinbowarraambo
@sinbowarraambo 3 ай бұрын
Ayye baga nagaan dhuftan
@oriaadiga4011
@oriaadiga4011 2 ай бұрын
Good journalist you ask him good question he never answer
@Ebrahimsied-yz3ox
@Ebrahimsied-yz3ox 3 ай бұрын
Tanks obn
@GerbichoJago
@GerbichoJago 3 ай бұрын
Rakkoon kanaan walfakkaatu godina sh/bahaa aanaa dugdaa magaalaa maqii keessas waan jiruuf OBN dhufee ilaalu qaba
@gutaalemu1568
@gutaalemu1568 3 ай бұрын
Nice❤❤❤❤❤❤
@LalisaaNagaash
@LalisaaNagaash 2 ай бұрын
Godina shawaa kaabaa magala fichee kootu waan ajibaa agarataa ❤kootu maaloo🎉😢😢😢😮🎉🎉 2:52
@Milkesa168
@Milkesa168 3 ай бұрын
Dhugaa rakkoo ummataa yoo ibsan akka kee kana anawaar jabaadhu
@user-qc9yu3vc6z
@user-qc9yu3vc6z 3 ай бұрын
qaaxalee dhugaaf wiixiftuu anuwar jamal jabadhuu .
@omerosmen-bt9nw
@omerosmen-bt9nw 3 ай бұрын
Gaazexessaa Xiyyiiti Akkanaa kana barbada sabni Oromoo Jabadhuu Anwar Jamal
@Shimelis-ef5xm
@Shimelis-ef5xm 3 ай бұрын
Gafiif deebiin keessan baayyee namatti tola atu-malee dhimmi loolaa bishaannii Uummani Amboo soodaa lubuu keessaa jira. Fkn nannoo jaraa kan jeedhamu loolaa ammaatuu jira.
@marcjoseph8794
@marcjoseph8794 3 ай бұрын
Mana hidhaa lijiyasuu garamulataa miladhaa mee ❤❤❤ galatomaa OBN❤❤
@JaferNasir-tc3ph
@JaferNasir-tc3ph 3 ай бұрын
Jabaadha bayye namatti tola haqa jiru dubachuun bayye bareeda jabaadha
@user-hw7vt4il8h
@user-hw7vt4il8h 3 ай бұрын
Jabaadhu❤
@misrakalemu7398
@misrakalemu7398 18 күн бұрын
Akkataan Hogaansii kun ciiminaaf hanqiinaa ofii hubatee debii itti kenaa jiru basyyee kan namaati toluu waan ta'eefi Hoganaan kun jajjaabefamuu qaba !!!
@user-rk4kn2fo1c
@user-rk4kn2fo1c 3 ай бұрын
Anwwr wolllah nuu tatee❤❤❤❤❤
@tesfuyadu6923
@tesfuyadu6923 3 ай бұрын
Nama akkasiitu Ambo bul.....? Safuu yaa rabbi
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 3 ай бұрын
Yooyyaa yaannis waliin deemsis Beekumsii Eegumsaa Godina Shawaa Bahaa/dhihaa hayyuu dhageeffachuufi Biyyaa dhageeffatu addaan jiraa jirraa gzx J Anwar amaal
@ebba-pictures.
@ebba-pictures. 3 ай бұрын
Dhugaa dubbachuuf Oromiyaa keessatti rakkoon uummata hiraarsaa kan jiru bulchaa gara gadii jiran. Aangoo ofiif maatiif qooduun uummata bal'aa hiraarsaa jira. rabbii isinitti haa laalu. warri caayaa jabaadhaa waan bareedaa dalagaa jirtu.
@music_music_music_115
@music_music_music_115 3 ай бұрын
Well come
@user-vd5rj8ht4e
@user-vd5rj8ht4e 3 ай бұрын
Maaloo Hacee Dandii irraa deemtee galtuu !Dandii Aboo mee ilaali garu jabadhu qofa kee jirtaa warri si jalatti hojeetan rakkoo bay'ee qabuu hundumaafuu Waaqayyoo guyyaa fida mootummaafi Gooftaan guyyaa dhufu hin beekamuu karaa ilaalaa jira obsaan
@BachaYadesafufa
@BachaYadesafufa 3 ай бұрын
Baaye nama gamachesa etuma nu fufa caayaa ko katiban magala ambo ko akkanumatti jabadhu dhuga baaye nama gamachessa
@UmmuAmmar-zd6qz
@UmmuAmmar-zd6qz 3 ай бұрын
Well come br
@AbireAlexAbire
@AbireAlexAbire 3 ай бұрын
the only journalist in Oromia
@kiyaahailu9149
@kiyaahailu9149 2 ай бұрын
Qamni serraa ituu hin serraa hin kabajjin serraa kabachisaa 😂😂😂 saffuudha abboooooo😅😅😅😅
@AbduRahman-zm2no
@AbduRahman-zm2no 3 ай бұрын
Anuuhaar jiraadhuu ulifaadhuu rabbii ulifaadhuu hadhereesuu ❤
@user-jo1sn3sl3j
@user-jo1sn3sl3j 3 ай бұрын
anaweri leenca baga ngy dhuftee
@lydiabooji4772
@lydiabooji4772 2 ай бұрын
Aniwaar galatoomi. Waan kun waagga 4,5 ottu hinsirraain kan teellaatti gottotammee kunnillee kanaboodda abddan hinsirraauuuuuuuuuu!!!!
@Nabbeboss99
@Nabbeboss99 2 ай бұрын
Oh my goodness 😂❤❤❤
@dejeneabdureman521
@dejeneabdureman521 3 ай бұрын
Jabadhu!! Gazeexessan akka keti osoo heddumate bay'ee gaarii dha.Naqamtee ga'uuf xiqqootu si hafe kanaf naqamtetti wal haa egnuu kaa? I will ...
@AleemaAleema-f7t
@AleemaAleema-f7t Ай бұрын
Anawaar jabaadhu lencaako
@fawzyah5274
@fawzyah5274 3 ай бұрын
Jabaa nama Anawar jabaadhu ❤❤❤
@Carcar12-023
@Carcar12-023 3 ай бұрын
Dhiibbaa hamaa booda baga deebite muktaar🎉
@user-vg8rm6lp4f
@user-vg8rm6lp4f 3 ай бұрын
Anawaar jamaal bagaa nagahanii debiteee dhiraa akaa dhiraa jabadhuuu jenaa kenaa rabbin hamatuu siraa haa qabuu Taa godinaa arsii asalaa takinilee dheyesii mee nuu dabaniii ibsaa tokkoniii😢😢
@magi62
@magi62 3 ай бұрын
Heros of journalism
@johntalila9854
@johntalila9854 3 ай бұрын
G/W/Lixaa Najjoo Deemi
@amir-show-2b
@amir-show-2b 3 ай бұрын
Dhugaa ati goota Anuwar ❤❤❤❤❤❤❤
@user-ei3wv1ci7h
@user-ei3wv1ci7h 3 ай бұрын
Anawaar Jaamal jabadhu jaba Kenya
@meyraa
@meyraa 3 ай бұрын
Obn bayyee galatooma hujii gaari jirtan. Anis akka nama tokkoti Anaa Daroo Labuu bulchiinsa magalaa michata fii machara nuuf dhihessa magalaa gad gudar malee jijirama fidaa jirtu
@ShesulxaanAmaan
@ShesulxaanAmaan 3 ай бұрын
Maaloo !carraa kana magaalaa shaashamanneetifis qabaa gandi 01karaan keessaa qofti kobilistooniidhaan guutame a bootin taaytaa baayinaan achi waan galaniif waan kolfaammoo gaafa Rabbi is in fide naannoo abboostoorraa gad bu'aa ganda araadaa fi karaasheegara ajjee dabarsu
@bikilatura3194
@bikilatura3194 3 ай бұрын
manneen ganda magalaa ambo keessa jiraan iyyessa kessaa rebbani basuun maqaa investimantitin dabarfamani kenamanii. jijjira abbaan qabenyaa mana gandaa sana debbise ijaree iyyessa mana ganda duraan kesssa rebame bahe yemmu debifamee ijaramee itti kenamuu ..mana fincani hin qabu...qulqulinan hin ijaramuu..mana fincani sanale iyyessi manni ganda sun kennamefi kessa jirachaa jiru sun mana fincani kana nan qottadha yo yadeyyu bakka itti qotatuu kan hin qabne tahu....manni ganda abban qabenya sun ijjare iyyessaf kennu kun waggaa tokko ottu hin guttin kan digamee tahu....sobaa ottu hin qabattin dhugaan kannin barressedhaa..addaraa waqqayyo abbaan caayaa kana qophessitan irra debbitani wayee mannen gandaa magalaa amboo kessaa jiraan irratti akka hojjatan kabbajja guddan issin gafadhaa. addaraa waqqayyoo.... addaraa waqqayyoo...addaraa waqqayyoo.....manaa fincaani hin qabnuu bayy'ee rakkachaa jiraa.....maloo malooooooooooooooooo
@user-jw5vr8bg3h
@user-jw5vr8bg3h 2 ай бұрын
Anawar Jamal heddun sitti gamadee, Aniis gafii dhimma seraa taan waggota 4 oliif manaa murtittii naa daddebisuu jirtuun qabaa waan taheef osso naa dubifteen fedhaa
@amensisatemesgen122
@amensisatemesgen122 3 ай бұрын
This is how Newyork is built
@nigussietelila4802
@nigussietelila4802 2 ай бұрын
Magaallii Amboo rakkoo rakkoo bulchiinsa gaarii hammaataa fi walxaxaa keessa jiraachuu ishee qophii Caayaa yeroo lama irratti hojjetameen ifoomera.
@bekanegewo5175
@bekanegewo5175 3 ай бұрын
well come back Anuwar
@oromiatube0179
@oromiatube0179 3 ай бұрын
Anwar welcome
@tesfuyadu6923
@tesfuyadu6923 3 ай бұрын
Walumaagalatti lafti investimentiif magaalaa Ambootti kennamu hannaaf malaamaltummaa qaba
@Bekacrypto
@Bekacrypto 2 ай бұрын
Anuuwaar isa qoofa miittii waraqaa eenyumaa ile baasuu dhaaf hama qarshii500-700 nu kaffalchisuu waraqaa haamitii kanaaf isa irrattis hojjadhu mee🙏
@singitangize3101
@singitangize3101 3 ай бұрын
Caayaa long live❤❤❤
@waliifbirab3259
@waliifbirab3259 3 ай бұрын
Anuwaar Ulfaadhu🥰🥰🙏🙏
@DiniameenameeeeeenKayo-lb4bt
@DiniameenameeeeeenKayo-lb4bt 3 ай бұрын
anawur bagaa nagaa dhuftee
@bilisaalemayehu7289
@bilisaalemayehu7289 3 ай бұрын
Anuwar galatoomi, garu dhimmi investment danqamee obbo Hacaluun akka hikaamuu hin dandeenye sif eraa jiraa, because dhimmaa afaan qaween defense godhamaa jiruuf deggarsaa obbo Hacaluun jedhan fudhatamaa argachuu qaba. Obbo Hacaluu bagaa cayaa irraa haftee dhugaa harka qabduu lafa keesse. Dhugaa galatoomi.
@user-we5tz2kr7j
@user-we5tz2kr7j 3 ай бұрын
OBN Baha hararge Anna haramaya rakon kena tajajila hedu motumafi hawasa jiduti danqa tahe Wan jiruf asiti arkamtani Sagale hawasa aka nuf dabarsitan kabajan isin gafana Gafanan galatoma
@Hawa-vd7jx
@Hawa-vd7jx 3 ай бұрын
Sagantaan ykn Qophiin Caayaa Kun cimee itti fufuu Qaba... Sababni isaas Caayaan.... Ijoollee Daa'imaa(QULQULLUU FI KAN DHUGAA DUBBATU), WARAQAA ADII YKN QULQULLUUDHA. Dhugaa dabde ( Soba seera qabeessaa Fi Gaafa baasee Imimmaan hiyyeessaa Qoorsee dhugaan Bakka buusuun.... Walumaagalatti, Qopheessaa Sagantaa kanaa,, Jaalatamaa, Kabajamaa Hayyicha Ilma Dhugaa Biyyarraa Biyyaaf quuqamuudhaan , Sagantaa kana Qopheessuun dhiyeessaa jiru Gaazexeessaa,( Investigator Journalist) ANAWAAR JAMAAL . YOU ARE INTERNATIONAL JOURNALIST......Ati Nama Dhugaan dhugaaf Hojjatuudha. Ija Biyyaa Fi Ummataa ta' e kana Eeggachuu Fi kabajuun Dirqama Lammii Hundaati....Duniyaa fi Aakirattis Jaannatul Firdoowsiin Rabbiin Siif Haa Taasisu....
@AbdulkarimJilo
@AbdulkarimJilo 3 ай бұрын
Baga Jiratee ANAWAR, Hojiin akkana kun komii Mootummaa fi Uumaata kan gargarudha. Hojii gariidha itti fuffii!!!
Qophii Caayaa: Faayilli barbaacha guyyaa lamaan dhabame garee caayaa waliin daqiiqaa 2'tti  argame.
1:02:44
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 33 М.
Heartwarming Unity at School Event #shorts
00:19
Fabiosa Stories
Рет қаралды 24 МЛН
Nastya and SeanDoesMagic
00:16
Nastya
Рет қаралды 39 МЛН
Can A Seed Grow In Your Nose? 🤔
00:33
Zack D. Films
Рет қаралды 24 МЛН
Caayaa ;Sababa balfa M/Mojoon manni keenya titiisaan guutamee tuta kanniisaa fakkaata  jiraattota.
1:01:41
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 6 М.
CAAYAA: Kantiibaa Magaalaa Asallaa obbo Gazzaal Hashuu.
59:30
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 43 М.
Kutaa Magaalaa Buraayyuutti  Hooggansi Lafa Saamsise To'atame :- Caayaa, Buraayyuutti.
1:17:58
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 206 М.
Qophii Caayaa , Bulchaa Aanaa Lumee; 'dargaggoonnis jiraattonnis mari'achuuf nu didani.'
1:03:18
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 33 М.
Choices for your loved ones❤️
0:15
ISSEI / いっせい
Рет қаралды 19 МЛН
спидран по ютуб шортс 86 | Ушные свечи
0:35
Крокодил получил по-заслугам! 😱
0:32
КиноСклад
Рет қаралды 25 МЛН
КЕПКА КОМАРОВ
0:16
KINO KAIF
Рет қаралды 14 МЛН
❗️XOTINI HAMMASINI URMOQCHI 😱😱😱
0:14
HUSAN_SHORTS1
Рет қаралды 2,5 МЛН