Qophii Caayaa: Faayilli barbaacha guyyaa lamaan dhabame garee caayaa waliin daqiiqaa 2'tti argame.

  Рет қаралды 32,785

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

2 ай бұрын

Qophii Caayaa: Faayilli barbaacha guyyaa lamaan dhabame garee caayaa waliin daqiiqaa 2'tti argame.Turtii Kantiibaa Magaalaa Bulee Horaa Aadde Taarikuwaa Tasammaa waliin taasifame

Пікірлер: 168
@mergatafa8501
@mergatafa8501 2 ай бұрын
sagantaa kana baayeen jaladha komii ummataa akkasit baasani ifati hanga'aoota gaafachuun baayee jajabeefamuu qaba. jabaadhaa!.🥰❤🧡💚🙏
@YakobWako
@YakobWako Ай бұрын
Baayee Baayee galatoomaa, kun miidiyaa ummataaf dhaabate isa dhugaati. Abboo nuuf jabaadha.!!! ❤❤❤❤❤❤
@jabajarso8674
@jabajarso8674 Ай бұрын
Kophi CAAYAA baay'ee dinqisiifadha🙏 Warra barcuma qabate ummataaf tajaajila hin kennine qorachu qofaa miti seeraaf dhiyaachu qabu ture. #Booranaa_Bahaa_NAGEELLEE_BOORANA irraa
@SelmanDeen
@SelmanDeen 2 ай бұрын
OBN TV Umrii nuuf dheradhu❤❤❤❤
@nurezakomumad4972
@nurezakomumad4972 Ай бұрын
Harargees nuuf kootaa ykn yeroo gaafii kessan xumurtan afaanumaan faraqaa takka aanaa hundarattii dhufnee issin gingilchinaa numa ja,aa hangasumahuu hanga dhuftanii hafuura haa nurraa baafatanii galatoomaa.
@duresoalemu4804
@duresoalemu4804 2 ай бұрын
Fayyeera jabaadhu atis akkuma Anuwaar Goota uummata kanaati. Baay'ee baay'ee si galateeffanna
@LawofGod
@LawofGod 2 ай бұрын
This is the best program in exposing the ladies and corrupt leaders ! Well done 👍🏽
@YisakLegese-qb5ie
@YisakLegese-qb5ie 2 ай бұрын
Haala Kanaan itti nuuf jabaadhu OBN ❤❤
@AleemaAleema-f7t
@AleemaAleema-f7t 26 күн бұрын
Nujabadha gazeexenotaa keenyaa isiin dhugadhaf umattaaf dhabataan galaatooma❤
@mehadimuhammed4118
@mehadimuhammed4118 2 ай бұрын
caayaa. obbo. Anawar jemaliif. dhiisaa. !! gaazexeessan kun xinnoo laafinna qaba. . fakkannaaf innaa. kantiibittin "anj hinbeeku" jettuu maaf bira. tare ??? kantiiibittiin. qabxii itti laakofsiifte.
@jomama151
@jomama151 Ай бұрын
Caayaa baayyee galatoomaa jabaadha, bakka hundaa waliin nuugahaa ❤❤❤❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 ай бұрын
Gaaffii Hayyoonni Maalif Humni Jaalaala Hawaasaa fi Biyyaa minister gaafataan ifaa ni mooyaa kanaaf itti deeddeebi'aa Rakkoo irraa furaa.jaalalti Eegumsaa hin agarsiiftuu Nageenyaa ❤❤!!!!! Bara hojii Gaariii siif hawwinee.Eegumsi Ulfaatadhaa!!!!
@yonashasen6695
@yonashasen6695 2 ай бұрын
Anwaar Bule hora dhuftee ummaata Gujii ilaalu dhaabu keetiif I am so very sad Woma rakko hin qabuu yoo atii dhufu dhabdeeyuu dhugaan ummaata kennaa gaffa tokko ifaati ni baha.💪💪
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 ай бұрын
❤Barnootaanis ❤❤yaadanis and Qaamaanis Hawaasnii kee erga si yaadee cuftinuu Geejjibni isiwaamee gzx libsuu fayyaan???deebii
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 ай бұрын
❤❤❤ Gzx Dubbii Eegumsaa Qabeenyaa gurri Eegumsaa Dhoksaa Waggaaa 100ffaa stars from government ifaa garuu Nageenyaa fi Dhibee Dursuunis dirqama hundaafuu
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 ай бұрын
❤❤❤Beekumsii Eegumsaa dhoksaa dursii Beellii jiruu yaannis waraanaa qabeenyaa wal'ansaa kanaaf Ummaataa miidhaa Hojii dhalootaa taasisiif
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 ай бұрын
Jabaadhaa Jaalalaa hojiin yoo waliin yaaduun ijaarsa taatee Hojjin Hojjin Caahaa tokkummaatii kanaaf Ardaa mariin ida'amuun Mandisni Ofumaa ogummaan ofii faayaa himattee dhumnee Fayyaan M/M DrAbiyyii Ahmed Dubbisi Eegumsaa(kan beekuu ni Nageenyaa miidhaq Aswrwb/yooyyaa Bultiinis jaalalli dhorkaa kanaaf Hojiin Jabbadhuu Hawaasni sirraa Haruun Haruun ifoomee
@NugussieDube
@NugussieDube 2 ай бұрын
Wow great 👍\
@eshetuabera2801
@eshetuabera2801 2 ай бұрын
Abo maali kuni Geziteessani kuni waa'ee bokolo guufa haasawu kani beku qofadha Anuwar irraa nufi haa dubbuti gaafi ummatati please please OBN TV
@mebrattsegay9143
@mebrattsegay9143 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤Wander Full Bro!! lam Prude,For U!!!
@Tasfaye-kc5uu
@Tasfaye-kc5uu 2 ай бұрын
Jabadha obn dhuga komin umata
@AbdisaSamuel
@AbdisaSamuel 2 ай бұрын
Pleace pleace sirri hin hojjane gaafiin ummata tokkole hin gafatamne uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu
@dawitboru9494
@dawitboru9494 2 ай бұрын
Sagantaa baay,ee gaaridhaa nuuf jabadhaa
@gannoosanyii-sb7ui
@gannoosanyii-sb7ui 2 ай бұрын
Wow jaajjaaban teena ittii cabsa
@furnemiresa1
@furnemiresa1 2 ай бұрын
Gafii gazixesaan gafatuu natii tolee akkasitii cimaa😅😅😅 🤭💪
@mohammedkelil5649
@mohammedkelil5649 13 күн бұрын
Ebada goota jabadhuu
@degefadadi8847
@degefadadi8847 2 ай бұрын
Harka walkeessaa qabu malee Rakkoo mana qopheessaa wallaalteetii miti. Mana Qopheessaa eddoo hundatuu jechuun nidanda'amaa rakkoo wal xaxaatu jira keessattuu mana galmee keessa.
@muhammedawel5006
@muhammedawel5006 2 ай бұрын
Baayye Baayye jabaadha
@hailewolde7205
@hailewolde7205 Ай бұрын
Hanga ammatti Eessa turtan isiniis magaali foon ishi dhumaatee lafeen hafeen booda
@getachewbrhanu
@getachewbrhanu 2 ай бұрын
❤❤❤
@monetmelkamu
@monetmelkamu 2 ай бұрын
maaloo midiyaan keenya nu biraas bulchiinsa godina jimmaa nu biras guyyaa abbaa dhimmaa tasuma hin galani guyya abbaa dhimma bakka birataif dawwanna deemani aanarraa jedhuu yeroo hunda altokkoo waltajjii dawwannaa hojii jjedhuu yoo akka tasa wal arginee immoo bor deebi"aa jedhuu yeroo nuti mmoo deebinuu hin jiranuu nun jedhuu kanaaf baayee rakkachaa jirraa argachuudha guyyaa abba dhimmaa torbanittii guyyaa sadii mootummaan oromiyyaa kaeen hojiirraa oola hin jirruu waltajjii ,dawwannaa hijii jedhuu baayee rakkachaa jirraa nuf ilalamuu qabuu..............
@JaafarAliyyii639
@JaafarAliyyii639 2 ай бұрын
Pilic Qoppii Caayaa Anwaar Jamaaliif Dhiisaa Wanti Hundi Nama irraa Toltu Qabdii
@Shortvideo-ui6xx
@Shortvideo-ui6xx 2 ай бұрын
Waldaa dureessa qofaa liqiifi hojii kan keennamuf harka qalleeyyiifi keename hinbeeku
@alitube1876
@alitube1876 2 ай бұрын
garu OBN hangan cime hatota yadoo itti ta'e😂😂😂😂
@oligenet7404
@oligenet7404 2 ай бұрын
This real problem over all in Wolete or other. Good job!!!!
@muzeyenjeyila4388
@muzeyenjeyila4388 7 күн бұрын
gaffii malee debiin hin jiruu yeroo maraa hojattota motumma kanna ummata birii malee ilimaa namaa hin lalee uuuffff ethiophia rabbin issin haa fixuu wallah
@user-jo1sn3sl3j
@user-jo1sn3sl3j 2 ай бұрын
anwaar great
@jilalu3903
@jilalu3903 Ай бұрын
በጠም እነመሰግነልን ገለቶማ 👍👍👍👍👍
@GutaÕpÕ
@GutaÕpÕ 29 күн бұрын
😊😊
@abdisalamyusuf5887
@abdisalamyusuf5887 2 ай бұрын
Great job Caayaa thank you
@malkakebede1277
@malkakebede1277 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@DeraraKinbilo
@DeraraKinbilo Ай бұрын
Gujii Bahaa koottaa
@LetaDadi-nx5zz
@LetaDadi-nx5zz 2 ай бұрын
Dhugaa dubbadhaa ... Kolbaa kalee isiin guddiche sobuu dhiisa. Maafii wolsonna haga biiraf birriin Addee isin hin mallee irraa ifi keettanu wonnii takkaa hin jijjirantu. Torbaan bulla malee torbatamaa hin bullu cubbuun kolbaa hiyyeetti adoo isiin deentanuu isinittii iyyiti
@EtvOromedia
@EtvOromedia 2 ай бұрын
Maaliiti beekti nama isii caala hoganutu jira.nama hojii" humna hojetu jetti" jiraatuf hojjata qotto harkatti kayyaate barnoota hin qabu seeti fuulan madaalamaa sammuu isii barnootaan osoo hin tane fuulaan nama maadaalti
@shafiadem862
@shafiadem862 2 ай бұрын
Qophiin caayaa Anawaar jamaal irraa bareeda
@munamwd98
@munamwd98 Ай бұрын
Bayyee nama gadisiisa kantibaan magaala Bulee Hora feedhi isanitii angoo gad lakkisu qaban ture.
@ObsiMessi
@ObsiMessi Сағат бұрын
Sagantan kessan baay'ee baredadha itifufa galatoma
@adolamijuwako2062
@adolamijuwako2062 2 ай бұрын
Abbaa haqaa qophii caayaa itti muddii kan nuuti rakkannee soba tanaan
@MeseretHunde-or6sp
@MeseretHunde-or6sp 2 ай бұрын
Oduu dhistee gaaffii ummata osoo deebstee! Yaa Rabbii haqaa ummata ilaali.
@jabajarso8674
@jabajarso8674 Ай бұрын
Booranaa Bahaa #Nageellee_Booranaa irra isan daawwachaa jira
@SelmanDeen
@SelmanDeen 2 ай бұрын
Gazexesaa OBN nuuf jiradhu
@SabonaMarara
@SabonaMarara 2 ай бұрын
💌💌
@JaabbesaaHayiluu
@JaabbesaaHayiluu 25 күн бұрын
Dhugaa dhiyoo dhutee
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 ай бұрын
Gaaffii Hayyoonni Maalif Humni Jaalaala Hawaasaa fi Biyyaa minister gaafataan ifaa ni mooyaa kanaaf itti deeddeebi'aa Rakkoo irraa furaa.jaalalti Eegumsaa hin agarsiiftuu Nageenyaa
@AbaraAyala
@AbaraAyala 2 ай бұрын
Duraan dursee qophii caayaa magaala keenna Bulee Horaa dhufuu keessaan galatoomaaaa jecha,Gaaffiin ka'uu qabuuf gaafatamu qabu irra caalaan hafe jira Waaqa sodaadhaa karoora yeroo gabaabaa keessatti irra deebiin gaaffii uummata bal'aa kana ifatti nu baasaa? Haala magaalli B/H keessa jirtu eenyuufu ifa Haalli galii sadarkaa meeqaa akka taate Oromiyaa gaafadha? Haalli misooma fi infrastructure magaalicha sadarka yaaddessaa keessa jira maganne nu dhaqqabaa
@Hambaa-Lafa-Youtube
@Hambaa-Lafa-Youtube 2 ай бұрын
Wajjiraa galiwwan magaalaa Adaamaa irraatti caayaan nuuf haa hojjetamu
@user-gg8zb6iy6j
@user-gg8zb6iy6j 2 ай бұрын
😮 like
@numaaniyaadassuu4551
@numaaniyaadassuu4551 Ай бұрын
Kun waan gaafatamuu qabu keessaa kan bakki itti kennamu miti. Kanneen hafaan hedduun gama qaama nageenyaan waan ajaa'ibsiisadha. Itti nuuf muddaa
@tasfayechala3358
@tasfayechala3358 2 ай бұрын
Kan bulee Horaa sa'atiidhuma muraasa kanaan kadhumatuu miti garuu namni sin Amma dubista kun waan badetti dhufte warri kanaan dura baleesan mootumaa olwaamee aangoo biraa itti kenna
@user-yy7mp5ut3z
@user-yy7mp5ut3z 2 ай бұрын
Please Anwarif dhissaa caayaa
@EtvOromedia
@EtvOromedia 2 ай бұрын
Duraan dursee mootummaa fi ummaata/hawaasa kan jiru isaanuma kana gaheen isaani waakkaachuu dha waan dhugaa.
@mezidtube7751
@mezidtube7751 2 ай бұрын
Came to negelle borena🙏🙏🙏
@nurezakomumad4972
@nurezakomumad4972 Ай бұрын
Garuu warri obn dalagaa bareeduu eegaltanii jirtanii garuu g.h, bahaati maliif yeroo takaafillee taatuu nuuf hin dhufnne hattuun jireenya nu jibbisiiftee qabeenya hunda saamtee nu gixxe bakka jiran hundatti malaqa nurraa fuudhan malee dubbii takka hin bananii.
@GeletiJara
@GeletiJara 2 ай бұрын
Caayaan Haa ulfaatu!!!
@ObsiMessi
@ObsiMessi Сағат бұрын
Faayiil kan dhoksan mallaqa fedhan
@bruk_1250
@bruk_1250 2 ай бұрын
Hattuu didiqqoo qofarratti xiyyeeffachuu dhiisaa hattuu guguddoo qarshii guguddoo sochoostu,ka akka Shimallisii fa muddaa.
@genenealemu4888
@genenealemu4888 Ай бұрын
Qophiin Caayaa baay`ee gaariidhaa..... Sagantaan Kuni osoo Magaalaa Boqqoojji irraattii hojjetame baay`ee naati tola. keessattuu dhimma bishaani fi misooma magaalaa wajjin ............
@babatile2651
@babatile2651 2 ай бұрын
Caayaa Well come to fichee salaale
@fjjdhdjd6683
@fjjdhdjd6683 2 ай бұрын
OBN ❤❤❤jabadhaa
@sallisabba2176
@sallisabba2176 2 ай бұрын
Dhuguma kantiibaa ta'uun isii hin madaalu. B/c it's not her's proffesion. Mayor should be engineer. The second problem; Is there Doctors of Veterinary Medicine (DVM) proffesion in bule hora city employed in municipal abattoir?
@tahirsafi9294
@tahirsafi9294 Ай бұрын
Maaloo Caayaa Anawaarimaaf dhiisaa
@sentokella8527
@sentokella8527 2 ай бұрын
tun waanuma takkalleen hin hojjanne waggaa kana gutuu, ayi pp
@gadisatamam2340
@gadisatamam2340 2 ай бұрын
Hojii bareeda egaaltaan
@toubeyou5147
@toubeyou5147 Күн бұрын
Kun malaanmaltumaafi faayila namaa qabanii taa'uun
@monetmelkamu
@monetmelkamu 2 ай бұрын
OBN TV Umrii nuuf dheradhu
@niguseroba8863
@niguseroba8863 2 ай бұрын
Maan inni Hanqinatuu jira hanqinatuu jiraa qofaa Hatotii tun OBN itti nuf fufi bayyee Galatommaa
@edeakondale7092
@edeakondale7092 2 ай бұрын
Qophiin kun Bayyee gaaridha watchdog Journalist Jedhamaa Hangaa tokko bareeda garuu tarkaanfiin hin jiruu,caalaatti ergaa isiin biraa deemtanii booda jarrii kun Namootaa kannin bayyee daraaruu irrra deebiin ilaaluun bardbachisaa dha galatooma.
@RushHailu-hc3kz
@RushHailu-hc3kz 2 ай бұрын
Gaafi Dhugaa Itti fuffaa
@user-ho9zv2wb7m
@user-ho9zv2wb7m 2 ай бұрын
Qarishii waliiti qabamee yoota'u kan looni kennamee hooEessaa dhaqee?
@Muhishow
@Muhishow 2 ай бұрын
itti qophoofne gaazzexxessaan!
@MakiyaNasir
@MakiyaNasir 2 ай бұрын
Ummata ngy bochisa isini worri kanatibaa hunadi malati akanati isini kijibasisa dhuga dubadha ummaatta ngy bochisu dhisa ummani kuni isini male nama birra hin qabu
@BestTube39
@BestTube39 5 күн бұрын
Wayyoo Ethiopia keessatti karoora malee raawwiin hin jiru
@AbiyotBoru
@AbiyotBoru 2 ай бұрын
wajjiraa hatuu
@user-ss4yc1yn6n
@user-ss4yc1yn6n 2 ай бұрын
jabaadha oromia waliin gahaa
@debelabikila1192
@debelabikila1192 2 ай бұрын
Tajaajila uummataa sirreessuuf umurii waggootaa fudhata.
@SadamAliyi-oj4kq
@SadamAliyi-oj4kq Ай бұрын
Manaa galmetti moo manaa hanaa ijartanii
@buzunehgemechu5785
@buzunehgemechu5785 Ай бұрын
Yeroo sadif magalaa buchitee turtee 1. Koree misoomaa magaalaa turte 2. Itti a. Kantiba magaalaa turte 3. Amma immoo kantiba magaalaa Bule Hora ti Akkaa nuuf itti gaafatamu tu. paartii biltsiginaa godina Gujii lixaatti hojii irra hin jiruu abeeti mootummaa Itoophiyaa
@ayelebedane2655
@ayelebedane2655 Күн бұрын
Kuni baayee Raajidhaa furmataa kenuu irra offi dhokosuudhaa kuni baayee raajidha,
@debelabikila1192
@debelabikila1192 2 ай бұрын
Hariyuudha kana ....
@user-pj2od7wq5v
@user-pj2od7wq5v 2 ай бұрын
Nyaattun ummaata keenyaa nyaata turtee akkaattii ummaata keenyaa nyaatee fixee
@SultanHuseen-vb1jm
@SultanHuseen-vb1jm Ай бұрын
Sagantaan caaya kun Baayyee Baayyee namatti tola hogantoota kokkee qabdani komii Uummaata irraa ka'u qorachuun keessaan gariidha me yoo dandaahame Uummaata dhageetti ykn sagalee dhabani ni jiru waan taheef fkn Aana Darraa irraa nuf gahati midha Uummaata kana nuf gaffaadha Uummaanni kun rakko hasawame hin dhumnee keessa jira. Irraa gahati hogantoota nuf gaffaadha.
@letabenti7236
@letabenti7236 Ай бұрын
Gaazexessitoota qophii caayaa kanaaf mootummaan eegumsa jabaa gochuufii qaba.
@AbinetFeko
@AbinetFeko 2 ай бұрын
Dhifamaa qophii caayyaa dubisun barbadaa karaa kamin argachuu danda.aa Lakkoofsa qoohii caayyaa ittin argadhu naaf kena mee dhifam
@user-vu2rb3oy8h
@user-vu2rb3oy8h 2 ай бұрын
Aannee bulee horaa
@MinaluZenebe
@MinaluZenebe 2 ай бұрын
Baye garidh haluma kanani etfufa
@DanbalaDandaniel
@DanbalaDandaniel 2 ай бұрын
Komini jiru hundumaa nuu lalaaa baaye galatoma
@akkasumakoo5275
@akkasumakoo5275 2 ай бұрын
Gaazexeessaan kuni faarsee buladha
@bahar4786
@bahar4786 2 ай бұрын
Maalo gaafiin hawaasaaf hindeebine
@abrahamgemechu5246
@abrahamgemechu5246 Ай бұрын
Magaalaan Bulee Horaa hanqina hoggansaa kan qabduu fakkataa.
@aduSport
@aduSport 2 ай бұрын
Magaalaan Bulee Horaa Madda galii bayyee osoo qabdu nama hojjetuu dhabuun rakkoo guddaa keessa jirti. Hanna issanii dhisii
@FufaYadasa
@FufaYadasa 2 ай бұрын
Gaazixessaan kun bayyee cimaadha.itzi muddi
@user-sh5ef3ml5f
@user-sh5ef3ml5f 2 ай бұрын
Kadereen yoom takaa ummata oromooti fi yadee bekti ofi isanitif mana garii jirachuu malee
@Shortvideo-ui6xx
@Shortvideo-ui6xx 2 ай бұрын
OBN nuuf jiradha wayee dargagoo fii hojii dhabeeyyii irratti mal akka hojetaa jiran nuu gafadha
@HaruEjersa
@HaruEjersa 2 ай бұрын
Baasa barricha
Qophii Caayaa , Bulchaa Aanaa Lumee; 'dargaggoonnis jiraattonnis mari'achuuf nu didani.'
1:03:18
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 29 М.
Дарю Самокат Скейтеру !
00:42
Vlad Samokatchik
Рет қаралды 8 МЛН
Summer shower by Secret Vlog
00:17
Secret Vlog
Рет қаралды 10 МЛН
Fast and Furious: New Zealand 🚗
00:29
How Ridiculous
Рет қаралды 22 МЛН
Caayaa,  Aanaa Gadab-hasaasaatti  galiin Mootummaa lakkoofsa herreegaa nama dhuunfaatti galuun...
1:04:10
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 45 М.
The Day Ronaldinho Showed Zidane Who Is The Boss.
14:05
RDHDComps
Рет қаралды 42 МЛН
Caayaa Dhimma Daangaa Aanaa Gumbii Bordoddeefi Naannoo Ollaa Oromiyaa.
1:02:25
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 30 М.
Qophii Caayaa,  guyyaa abbaa dhimmaatti hojjettoota 27 keessaa 1 qofatu waajjira jira, Mi'eessoo
59:18
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 45 М.
OROMIA 11: FAAYA DUBARTII:  WBO Duraanii Ad. URJII DHAABAA
54:21
Oromia 11
Рет қаралды 3,8 М.
Kutaa Magaalaa Buraayyuutti  Hooggansi Lafa Saamsise To'atame :- Caayaa, Buraayyuutti.
1:17:58
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 202 М.
EVOLUTION OF ICE CREAM 😱 #shorts
0:11
Savage Vlogs
Рет қаралды 6 МЛН
A young mother couldn't calm down her baby at the lesson #shorts
0:32
Fabiosa Best Lifehacks
Рет қаралды 7 МЛН
НИЧЕГО СЛОЖНОГО
0:21
KINO KAIF
Рет қаралды 4,2 МЛН
Мыла наелся
0:21
Pavlov_family_
Рет қаралды 2 МЛН