OMN: Dr Ittanaa Habtee -Balaa faffaca’iinsa humna Oromoo (Ebila 28, 2024)

  Рет қаралды 16,842

OMN

OMN

24 күн бұрын

OMN: Dr Ittanaa Habtee -Balaa faffaca’iinsa humna Oromoo (Ebila 28, 2024)

Пікірлер: 80
@jibrilhasen4395
@jibrilhasen4395 22 күн бұрын
ሰለ ብልፀግና መጀመሪያ የተቃወመወ ሰዉ ነዉ ዶክተር ኢታና በአእዉነቱ ልትመሰገን ይገባሃል
@jibrilhasen4395
@jibrilhasen4395 22 күн бұрын
Dr.Ittaana thanks so much ኑረልን
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 19 күн бұрын
Thank you Dr Yihune fi Dr ittiina ❤❤
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 22 күн бұрын
Guddaa Galatoomaa Dr ittaanaa fi Dr Yihune Galanii keessanii Bilisummaa dhaa jabaa dhaa ❤❤ Translate to somali
@bluebirdRelaxation5720
@bluebirdRelaxation5720 22 күн бұрын
Dr.Itanaa jabaadhu. Nama ganamumaan pp hubate.❤
@finfinetimes
@finfinetimes 22 күн бұрын
Baga nagaan deebitan jarana. OMN jabeessaa, galatoomaa!🙏
@kadirmusawaqo1177
@kadirmusawaqo1177 11 күн бұрын
Hayyuu Kenya jabadhu . I wish you long life
@habtamutamene-nd3ev
@habtamutamene-nd3ev 22 күн бұрын
Dhugaan Haa Faradu !!
@marcjoseph8794
@marcjoseph8794 20 күн бұрын
Galatomii Dr ❤❤❤🐅🐅🐅🐅🐅💚💚💚💚💚💚💚💪💪💪💪💪💪🙌🙌
@motidag2591
@motidag2591 22 күн бұрын
Dr. 💞💪
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 22 күн бұрын
Galatoomi Eegumsaa Hayyuun Dr Itti Aanaa Habtee hayyuun Gaaddisaa ummataaf Faffaca'insii diraamaa Nageenya Marshaal fildii Biraanuu juulaa tiikfannaa/nunu
@mastabro-yv9dr
@mastabro-yv9dr 20 күн бұрын
Gaarii!
@user-qi5go7tj5i
@user-qi5go7tj5i 21 күн бұрын
I actually like this rebranding and reorganization issue. I will be happy to contacted if that is acceptable.
@getagelana5866
@getagelana5866 22 күн бұрын
walii galan alaa gagan jedhu warri keenya
@user-xw6zf2cq9j
@user-xw6zf2cq9j 19 күн бұрын
Dhugaa kettii Dr
@jesanmekonnen6532
@jesanmekonnen6532 20 күн бұрын
❤Dr.nama guddaa buruksee itti himu jabaadha akkuma lafa keenyafi Lammii keenya gara bal'aadha walijara waan darbe,darbeera garuu isaa fuulduraatti caalaa beektotaa!
@HsghSagge
@HsghSagge 15 күн бұрын
Jabakoo❤❤❤❤❤
@mdamin9092
@mdamin9092 22 күн бұрын
Dr habtee galatame
@GaddisaYusuf-
@GaddisaYusuf- 21 күн бұрын
❤❤❤❤
@kasimerbo
@kasimerbo 18 күн бұрын
Maraadhu ati namichaa sobdu nana
@mulatuwoldegzi7715
@mulatuwoldegzi7715 22 күн бұрын
Bleeding of oromos began in 2018 after omos political power handed over to the" Divider, cold blooded murder, betrayal and trader Abiy Ahimed
@motidag2591
@motidag2591 22 күн бұрын
🎉🎉🎉🎉❤❤❤💞💞
@wallokamisee5709
@wallokamisee5709 21 күн бұрын
Jabaadha itti Fufa 🙏
@amanuelb9083
@amanuelb9083 21 күн бұрын
Dr Itana your ideas are always reasonable. But many understand you late after damaging
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 22 күн бұрын
Fayyaan Faayidaa Geographers Gaafa Yaadduu Beekumsii Eegumsaa dursii Sabaafi sab Eegumsaa ifaa injifannoo jibbis Callisuun Callisuun nyaannii nafaa dubbii Eegumsaa
@tofiqnice261
@tofiqnice261 21 күн бұрын
Yaarabii hoganottaa omn waalnuutaasiisii
@amanuelb9083
@amanuelb9083 21 күн бұрын
Yes Abiy is the wise leader who knows those not stand for visions.
@DineAhmed-pv2iq
@DineAhmed-pv2iq 22 күн бұрын
Qaamni qabsoo oromo ppti gurgurate especially Jawar mahmod and Lamma magarsati
@derejegillo1334
@derejegillo1334 22 күн бұрын
Akkumma Dr. Itiaanan jeedhee, hundumma dura Bilisumma fi nagaan saba Oromo fi Oromia keesa ittii ta'u qabaa. Hundumttuu Kana booddaa ta'u akka qabaan beekun murteesadha.
@janbotube508
@janbotube508 21 күн бұрын
Dr Galatoma heduu dubii dhugaa jirtu lafaa nuf kessani
@dursatrucking6732
@dursatrucking6732 21 күн бұрын
Dr itana Hedu gltmi wan şiiri ifa gote
@amanuelb9083
@amanuelb9083 21 күн бұрын
Oromo must first respects each other.
@JustaThoughtUSA
@JustaThoughtUSA 16 күн бұрын
DR ABIY QORICHA BUDAA WAGGAA 10000MO'A!!!
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 22 күн бұрын
Yaannis waraanaa qabeenyaa wal'ansaa fi Eegumsaa M/M DrAbiyyii Ahmed Dubbisi Helloo OMN Teesso fi Fayyaaan bakka hojiif itti wal eeganii Dubbisi Injifannoo hawaasaa OMN bara 2013fi2014 laftis ASWRWB LAFTIS RIQICHA BIYYAAF BIYYEETTIIS DIDIF AFRICA TV
@galaanmakonnin5610
@galaanmakonnin5610 21 күн бұрын
Yaada sirriidha gadi taa'aati itti yaada!
@nesratahir5115
@nesratahir5115 22 күн бұрын
Ofii keessaa basaa koree qabduu mallaqa jara uummannii haa beeku
@amanuelb9083
@amanuelb9083 21 күн бұрын
Abiy is realistic leader he is against oromo because oromo is not repect each other
@abbaadanuu6701
@abbaadanuu6701 22 күн бұрын
Daafiin faffaca’u humna Oromo tookko Ittaana Habtee dha.
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 22 күн бұрын
Eegumsaa Nyaatan akka dursinee Mudannoo Ato Mallaszenawii fayyaarraatti beelli ittisee Oslo marii hin hubatin
@Gfsh-bx3rc
@Gfsh-bx3rc 22 күн бұрын
Hayoota oromo oso tane haroota oromotii
@user-os9qs6pk6l
@user-os9qs6pk6l 7 күн бұрын
Warra isa kami Ifa miti Maqaa dhayi
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 10 күн бұрын
hundi Akkasumaan odeessaa Biyyaa Nagaan jirraa chuu Yoofe ta’an WBO tti keenuu dhaa keessumaa jawaar Goor issaa malee Hangoo tti Akka hindhufin jaarraa dhaa kani pp ummataa keenya fi chesesaa💔
@Blg48
@Blg48 17 күн бұрын
Hindhgahamu
@JustaThoughtUSA
@JustaThoughtUSA 16 күн бұрын
Oromoon bilisoomeera, MO'EERA ,INJIFATEERA ... DR ABIY OOGANAA KEENYA... RIP SHANE!!
@user-bg9no8fz3l
@user-bg9no8fz3l 20 күн бұрын
Dr .Etanaa isin hundii keessan kutannoo dhaan qabsoo oromoo hindeggertan akka Tigraayii fi Akka Amaaraa beektoon oromoo keessaattu DIaspooraan oromoo qabsoo oromoo hindeggeertu
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 22 күн бұрын
❤❤❤lubbuu Gaaddisaa ummataaf injection ida'amuun Let's do more together... Dhoksaa Daa'awaa/daawwii Dhaabbilee fayyaa Rabbiin nu haa ijaaruuf . Jibbaa hooggaansii mootiin dhibeefi qophayii
@MaMa-gx9is
@MaMa-gx9is 22 күн бұрын
Aaangon oromiyaa hawaasni ana hinbeekuf yooniftayee malee anuma harkajirtiibeekaa
@mohammedhussien4147
@mohammedhussien4147 20 күн бұрын
ዶክተር ኢትአና አንተ መቼም ከጃዋር አናት አትወርድም ስሙን ከላነሳህ የወራህ አይመስልህም አሁን የተናገርከውን ነገር ያኔ ለመናገር ምን አፍህን ያዘው ደግሞ ቀድሞ የተናገርከውን ነገሮች አትርሳ እኔ በሆነ ወቅት እንድብዬ ነበር በል አነስማህ 37:23
@mulatuwoldegzi7715
@mulatuwoldegzi7715 22 күн бұрын
Who is supplying money for the mobile killing squads created by Abiy to kill oromo ,political leaders? Aren't they Gulf state Arabs?
@motifufa707
@motifufa707 22 күн бұрын
Walumaa galatti mooraan qabsoo Oromoo fi mooraan OPDO garaagarummaa guddaa qaba,waliin taa'amee Oromoof faloo barbaaduun hin danda'amu. Akka amma Dr.Etana buruksee dubbatu hundee isaa irraa kaasee diina qabsoo Oromoo fi fira qabsoo Oromoo adda baasuutu fala ishee dhumaati.Tokkummaa Oromoo cimsuu jechuun diina Oromoo fi haraama qabsoo Oromoo,mooraa qabsoo Oromootti makuu jechuu miti.Mooraan qabsoo Oromoo inni haqa qabu ifatti bifa labsiitiin OPDO fi caasaa OPDO guutuu diina ta'uu ishee labsuutu irra jiraata. Warra mooraa qabsoo Oromoo keessatti summii facaasuu barbaaddu hunda ifatti gadi ba'anii diina ta'uu ishee caala yartuu OPDO f ergmatu ta'uu ishee dhalootatti ifoomsuudha,kana jechuun lukee OPDO guutuu bifa ishee fi gocha ishee waliin dhalootatti facaasuudha,lafa isheen jirtu kamittuu akka dhalootni lagatu taasisuudha. Adabbii cimaa laalessaa ta'e irratti fudhachuudha.
@mulatuwoldegzi7715
@mulatuwoldegzi7715 22 күн бұрын
If OLA don't march to 4 killo & rid off Abiy, the gulf state Arabs and islamic states and Abiy. Will figt and eliminateOLA and OLF, and will sell out oromo people & land
@user-by6xe3he2h
@user-by6xe3he2h 22 күн бұрын
Theo’s sold Oromo freedom to pp Shem on them Today Coast Oromo peoples live 😭😭😭😭😭😭🖤🖤🖤🖤🖤 💔💔💔💔💔💔💔💔🙏🙏🙏
@mohammedabdellaa5118
@mohammedabdellaa5118 21 күн бұрын
Doktar hasawnii kee yeroo hundaa hasawaa nama humnaa hinqabneetii kanaaf wannii jawar qaqabatuuf du'aa nama Osoo qabsichii milkawuu tahee anaatuu abbaa jeettee namnii siqabuu dandahuu hinjkruu Yeroo milkawinaa dhabee badii jowarii barabada atii bilsaa irraa if godhuuf yaaltaa Hayyootaa komatuu an hayyootaa ifii jeechaa injirtuu afuuftuu
@nesratahir5115
@nesratahir5115 22 күн бұрын
Dr qabsoon oromoo butamuun haalan jilchee kanaaf cupheessaa ofii keessa baasa
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 22 күн бұрын
Yaannis waraanaa qabeenyaa Eegumsaa DrTsaggayee Araarsaa Mardaasaa ittisa Adde HabibaaSiraaj Aswrwb Beekumsii humna barbaada akkuma waraanaaf gurruma/riqicha wawrwbjkl bakkuma jirtuu
@nesratahir5115
@nesratahir5115 22 күн бұрын
Qabsoo oromoo rakkina irra baratamee dhugadha haatii tiyyaa qabsoo oromoo bara 1985_2016 ni beekitii
@user-ln8qv4bc1g
@user-ln8qv4bc1g 22 күн бұрын
Laamaafatuu nugaalafatee agoo dabarsee keene nama hin baaraneetii namiti akkabineesaa nama nyaatuu 😮😮😐😐😐😐😢😢😢😢😒😒😒
@MaMa-gx9is
@MaMa-gx9is 22 күн бұрын
Dhuguma jirtu dubbatte qabsoo hatuusanfaa
@motifufa707
@motifufa707 22 күн бұрын
Garaagarummaa siyaasa Ethiopia fi mooraa qabsoo Oromoo gidduu jiru akkasumas haala siyaasni Oromoo ittiin galma ga'u hayyoonni fala isaa miidhaksanii beekanii fi rakkoo siyaasa oromoo fi ethiopia buruksanii hundee irraa rakkoon isaa akka furamuu qabuuf ija dhukkubsanii addaan gadi ba'anii, faloo walootiif furmaata akeekan Prof.Mararaa fi Dr.Etana dha.
@alwanoumer5023
@alwanoumer5023 22 күн бұрын
Sababafii sablamootaraa leeliftun naftanga yogaa dubatu gabroota kiyaa jechuusaatii.
@mariemuller9904
@mariemuller9904 7 күн бұрын
Obbo Ittana inni biyya isaa bakka itti dhalatee guddatetti galee Ummata isaatiif (yoo dhugaa ) kan godhu tahe Hospitaala tokko yookaa Buufatuma fayya tiqqa tokkorree Ummata keenya Miskiina saniif dhugaatti dhaabuu dandahe Rakkon maalii ? Yoo dhugaa dubbin Ummata keenyaf dhabbachu tahe Isa inni godhe kanatu Ummata keenya fayyada. moo ? Isa ati jettu kana hamma Ani (nuti ) humnarra baanutti maalif Ummanni Kun gargaarama jechuutu faidaan Ummata keenyatii ? Ofii yoo afaanii baafttanii kan dandahe bakka inni jirutti deemee Ummata keenyaf waa godhe Biltsiginnadha qeeqamu qaba yoo jettan kana yoo qaanyahuus baattan Namas sodaachuu baattan waaqa ISIN uume hin sodaatauu ? mee of duuba deebiaatii of ilaalaa .
@getahunabdi5253
@getahunabdi5253 22 күн бұрын
Omn dhuggaa oromo issu dhabachu banana riporti gochuu koo attii fuffaa jewar media kannaa kannaa oromof bannee fayidaa oromo dhaa mallet dina oromo dhaaf mittii
@AsimaaNabii-uh7ir
@AsimaaNabii-uh7ir 21 күн бұрын
Qarshii FI Angoon kan hin binnee hin jiruu jeechaa mummichaa Dasfooraan oromoo irraa Catalan kan baqaatee FI jiruu fooyyaa barbachaa 2018 akkaa jiruu galee lafa fudhatee mana ijaratee kan biyyaa jiruu Buqqisuu Jalqabee hiyyeessaa biyyaa jiruu madeessuu qabtee Dubartii filatee fudhuu gadii Lakkisuu jalqabee jiruu qananii keessaa seenee kan facaasee. Qabeenyaa horatee malee siyaasaa miti garuu bari'in hin hafuu
@mohammedabdellaa5118
@mohammedabdellaa5118 21 күн бұрын
Ya doktaraa harree yaa diinaa jower joweriirraa gadii bu'ii Jowarii siif dhiiseetii maaf akka jowariitii isin doktaroonni harree itti fuufuu dadhabdan Wanni dadhabdaniif siyaasnii hujii keessanii mitii Qabsoo xumuraa hinqabneen ummataa oromoo lafarraa eegaa ficisiistan booda ummataa isin lafarraa fi isiitaniif itti gaafatamaa jower jeechuuf yaaltuu Jowar lolaa qawwee keessa harkaa hinqabuu kanaafuu itti gafatamnii isinumaa dokatara harreetii Namichanaa durumaraahuu jowar diinummaaf qabateetii jirtaa Jawar qabsoo isiniif dhiisuuus isin jala hinbahuu yaa afuuftuu Jowariin malee ijaa hinqabdanii balaa
@biranuabdissa7377
@biranuabdissa7377 22 күн бұрын
Bishaan maltu Ba'a? Zinabuun bokka roobsuu dhiiseey?
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 22 күн бұрын
Hayyootarraa gzx Dubbii eeguu beektuu gzx Ykn dubbifnee State Education siyaamaa Uumaa DrugIlkaaniin yaada mo'ataan DrAbiyyii Ahmed Dubbisi gzx libsuu fayyaan???deebii seequun
@assefaabebe474
@assefaabebe474 22 күн бұрын
Uggum Dubbii Hoodaa!! -------------------------- OMN qophii "OMN Horn Odeessaalee Ebla 27, 2024" jedhuu keessaatti Koreen Mootummaatiin Godinaa Shawaa Lixaa, Aanaa Tokkee Kuttayee, Magalaa Gudaritti dhaabbatee labsii Ebla 24, 2024 labseen "Maatii WBO kan tahaniif yoo du'aan hin birmatina, ajjefaman gumaa hinqabanii, wal'ansaa fayya hin argatiin, irra hinbitina-itti hingurguriinaa, afooshaa keessaa baasaa, kkf" jedheera jedhanii nutti himani. Kuni dhugaa tanaan seeraa Itophiyaatiin fudhatama hinqabuu. Yakkatti kan gaafatamuu abba yakkicha hojjete malee matii isaa miti. Namni ajjefamnaan gumaa isaa barbaduuf mootummaan dirqama qaba; yakkamanillee yaala argachuuf mirga qaba. Qophii garabiraa "OMN: Dr Ittanaa Habtee -Balaa faffaca’iinsa humna Oromoo (Ebila 28, 2024)" jeduu keessatimoo Dr. Itaanaan labsii isaa kan Gudar fakkatu labsaniiruu: "Namni miseensa Bitsigna tahee Oromoorra fagachuu qaba, Komunitii Oromoo biraa, afooshaa Oromoo biraa waan hojjetaan hinqabani. Bitsiginaan Oromoo miti jedheera; sabboontummaan Oromoo bodatti hafadhaa jedheera kanaafuu miseensi Biltsiginaa diinaa Oromooti Komunitii Oromoo keessaa kan hojjetuu hinqabuu" jedhuu. Oromoon akka ummataati garamitti deemaa jiraa? Ilalchaa siyyasaan walqoodee afooshaa keessaa wal arihuun siriidhaa? Komunitiin/Afooshaan Oromoo kan warra Biltsiginaa mormuufi kan warra Biltsiginaa deeggaruu jedhamee yoo addaan qoodamee Oromoo fayyadaa? Kunii dubbii hoodaati!
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 22 күн бұрын
Eegumsaa Ilmi namaa Hojiirraattis dragon ni jirtii.rabbiin dhibeen waliin Eebbisaa. Especially waraanaaf gurruma/riqicha Eegumsaatu dursaa aswrwb yooyyaa gzcAbraham Nageenyaa DrugIlkaaniin Nadhii Gammadaa medicine Dubbisi Bultiin Tigari kufaatii eenyutu argee? GAFFI dr IttianaMootummaan
@birratedhowai6799
@birratedhowai6799 21 күн бұрын
Dr Ittana, Juwar, qabsoo qeerroo bilisumma Oromoo butaani Isqeel dabalaate harka dhahaa turtani, qabsoo Oromoo kokke qabdani OPDOti, Lamma Magarsa kennitani biraa deebitaani. Juwar Oromoon bilisomeraa jedhe labsee. Achiti qbsoon Oromoo borcaamee, xuraahe, ajeesitani, ficissiftani beekna seenaan galmaahee jira. Atti yeroo kana maalif waan sirra egaamnee odeessita? Atti doftoora beekadha, biyaa alaa jirta, garu, offi kee ijaaru, dhaabu, tolchuu dadhabdee dhaabotaa Oromooti quba qabuun doggogora guddaa dha. Dhaaboota Oromoo wareegama qaali keenna jirani ummtaaf saglee ta,a jirani irratti oloolun gaari miti.
@motifufa707
@motifufa707 22 күн бұрын
Qabsoon Oromoo waloon Oromoon irratti qaalii isaa,qaroo isaa fi qabeenya isaa kanfalee sirna shiftaa fi haraama, OPDO n keessatti qooda ciccimaa raawwataa turte of~irraa fonqolchuuf qilee irraan ga'e haalli inni ittiin butamee duubattii deebi'ee gatii Oromoon kanfalee hin beekne kanfalchiisaa jiru jiru,dhugaa Dr.Etana Habte tu ija siyaasaan bilcheessee dubbachaa Jira.Lafti Oromoo fi qabsoon Oromoo itti bittinnaa'e lafa kanadha. Qabsoon Oromoo fi OPDO n dugdaa fi garaadha. Qabsoo Oromootti seenaa keessatti kan itti falfalaa jiraate,OPDO dha. Tokkummaa Oromoof OPDOn diina hamtuudha,sanuu haraama. Qabsoo Oromoo fi dhugaa Oromoo qindeessanii tooratti deebisanii galma itti tolchuuf ifaan ifatti OPDO shiftaa fi haraama amma aangoo irratti wal ijaarte labsii diinummaa labsachuudha. Qabsoo Oromoo bara 2018 kan gurgurate,sanuu mallatteessanii OPDO tti kan gurgurate hayyoota Oromooti. Dhugaa isa amma Dr.Etana Habte buruksee dubbatu kana liqimsuudha. Dr.Etana nama siyaasni ethiopia fi qabsoon Oromoo miidhaksee beekudha,haalli inni ittiin sukkuumee haala kamiin akka qabsoon Oromoo butamee fi gurgurame warri walii galee gurgure gadi ba'ee dhiifama gaafachuu qaba,sanaan booda warra dhugaa Oromootti cichoomanii jiraatan waliin walitti dhufanii qabsoo amma sirna kana waliin kokkee wal qabee lolu kana cinaa dhaabbatanii deeggaruutu irra jiraata. Santu dhugaa sabaa fala itti godha. Dr.Etana guddaa galatoomi.
@motifufa707
@motifufa707 22 күн бұрын
Ethiopian kaleessa irraa eegalee hanguma barri dhufaa darbu Oromoo qe'ee isaa irratti hiyyoomse,ajjeesu,hidhu,saamu,waraana shiftaa itti bobbaasanii harka duubatti hidhee halkan keessa waloon ajjeesisan,Caasaan OPDO inni yartuu fi gantuun qabsoo Oromoo gubbaa hanga jalaatti keessatti ijaaramtee dhalootatti haraama taate,shiftaa taate hundee irraa finqilfamuu/furguggifamuu qaba.
@user-ln8qv4bc1g
@user-ln8qv4bc1g 22 күн бұрын
Dhugaadha bixiginnaa diinaa oromootii dhugaa keessani jetaanii Dr IT😢😊
@HusseenMahammad-kg9yw
@HusseenMahammad-kg9yw 21 күн бұрын
Hdydenbzuij
@getahunabdi5253
@getahunabdi5253 22 күн бұрын
Dr sobbba ta,uu dhiissaa akkuma jarraa issinillee dinna ta,aa jirtuu
@user-bm8vy5ov5x
@user-bm8vy5ov5x 21 күн бұрын
maal dubbachaa jira namichi kuni wbon jijjiirama hin finne jechuusaati hamma achi teessee haasofte koottu biyya keessa taa.iitii arsaa kaffali atis. kaaraa nagaa deemna jedhaniis murna abbaa irreetiin ajjeefamaa jiru mee maal haa godhani haasa.uurra fala kaa.uutu fala?
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 10 күн бұрын
waan Barbaada isaarraa sagalee Oromoo ta'u hinbeetuu🦎🦎🦎🦎❌❌saanii Abiy Minilik ❌❌🐕🐕🐕
@user-xb6jw4cf2f
@user-xb6jw4cf2f 22 күн бұрын
Faffaca'iinsa humna qabsoo ummata Oromootiif itti gaafatamaan duraa tokko Dr. Ittaanaa mataa keeti. Maaliif OMN qabsoo Oromoo finiinse lagatte? Amma haasaa mi'eeffachuun bu'aa hin qabu. Baayeen sitti gadde.
@getahunabdi5253
@getahunabdi5253 22 күн бұрын
Omn maal ta,aa rakoo motummaa kenyaa dinna ta,taan yero marraa wa ee dinummaa motou.ma kannaa ta uu manaa yerumaaf OSSO DANDESAN OBSAA SILLAA DINN OROMO BAYATEE ISSIINIS ITTI DEBELETEM KUUN NII TA,AAREE
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 19 күн бұрын
Diina Oromoo Abiy dhaa OMN diinaa Namuu miiti
OMN   ODUU IJOO  CAAMSAA 21, 2024
4:20
OMN
Рет қаралды 1,8 М.
Gingilchaa 44ffaa Dirree Xiyyaara Itoophiyaatu Gingilchina
1:15:08
Qaanqee Show
Рет қаралды 38 М.
NO NO NO YES! (50 MLN SUBSCRIBERS CHALLENGE!) #shorts
00:26
PANDA BOI
Рет қаралды 93 МЛН
Joven bailarín noquea a ladrón de un golpe #nmas #shorts
00:17
“Galaanichaa  gossina” Obbo Fiqaaduu Tasammaa Gingilchaa
26:47
Qaanqee Show
Рет қаралды 27 М.
Alemneh Wasse  የኢራን አደጋ
42:44
Alemneh Wasse
Рет қаралды 65 М.
OROMIA11: HARAGALFII: JAWAR MOHAMED
43:20
Oromia 11
Рет қаралды 53 М.