Maddi rakkoo faffaca'isa Ummata keenyaa bara 2018 hin eegelle❌ 2018 booda hanga hafeetu raawwate. Mee kan san dura biyya baqaa keeysatti hojjatamaa ture yaadachuuf yaalaa. Dhugaa jiru dhooysanii fala hin argatan. Osoo jennuu Dr. Ittaanaan faa dhihuma tana maal hojjachaa turan? Inni biroo haa hafuu miidiyaan tokkichi kun akka cufamu waan hin godhin qabuu? OMN lagatanii miidiyaalee warreen alagaa irraa maal jechaa turan? Waraabeysi biyya isa hin beeyne dhaqee ... jedhama. Kan dabre dabre yoo jedhame dursanii ummata miidhan dhiifama gaafachuu qabu dhiiroo.
@sarrgodanaguyo389220 күн бұрын
Hayyuun Oromoo Sila Baraaru Hundhi maaf Chalisani Fakeena Jawar Yaya bashir bebekamoon Chalisani Ummattaa Daraaramma jirani Maf Chalisani Kana Ka kana wani Oromoo Balloo burjajesse