KZ
faq
Негізгі бет
Қазірдің өзінде танымал
Тікелей эфир
Ұнаған бейнелер
Қайтадан қараңыз
Жазылымдар
Кіру
Тіркелу
Ең жақсы KZfaq
Фильм және анимация
Автокөліктер мен көлік құралдары
Музыка
Үй жануарлары мен аңдар
Спорт
Ойындар
Комедия
Ойын-сауық
Тәжірибелік нұсқаулар және стиль
Ғылым және технология
OMN: Haasawa Prezd Oromiyaa fi dhimmoota waytaawoo
1:24:51
አነጋጋሪው የጠ/ሚኒስትሩ ትዕዛዝ፣ "አድራሻቸው የጠፋው ይልቃል ከፋለ"፣ “ዘመቻውን ቀለበስነው” ጄኔራሉ፣ ፑቲን ስለጎፋ የላኩት መልዕክት፣ የወርቅ ማውጫው|EF
17:02
WHAT’S THAT?
00:27
Does size matter? BEACH EDITION
00:32
DEFINITELY NOT HAPPENING ON MY WATCH! 😒
00:12
What it feels like cleaning up after a toddler.
00:40
OMN: Jabina moo Sodaa Mootummaa?
Рет қаралды 25,176
Facebook
Twitter
Жүктеу
1
Жазылу 681 М.
OMN
18 күн бұрын
OMN: Jabina moo Sodaa Mootummaa?
Пікірлер: 93
@ebsamohamed5845
16 күн бұрын
Thank you OMN , thank you gentlemen we are greater than what we show .
@GammachisMuussee
15 күн бұрын
Dr ittana Habte hayyee Oromoon qabdu jabaa ilma sabaa umrii nuf dheeradhu🎉❤
@mohammedtuke5051
16 күн бұрын
Ittaanaa Habtee OMN irratti arkuun anaaf jijjiirama guddaadha!!!
@mlbmlb7150
15 күн бұрын
Dhugaa jettee Dr ittaanaa Guddaa Galatoomi hayyuu sabaa umurii dharaa dhuu💖🙏Galanii kee blisummaa haatu
@mlbmlb7150
15 күн бұрын
😠😠😠😠😠😠😠😠😠😠😠😠😠😠😠😠😠😠😠😠😠
@LawofGod
15 күн бұрын
Tortora dr ! You are the enemies you yourself ! You keep listing to lies !
@KanzuuSheabdu-iu3fy
15 күн бұрын
Wallhi Dr Ittiaana Kun Baayee Haasaha Beeka Ani Akka Ofi Kiyyatti Bulchinsaa oromiyaa Godhera
@nesratahir5115
16 күн бұрын
Xinxalaa addaa Dr Ittanaa Habtee ragaan dubbataa
@user-je3et1eq5w
12 күн бұрын
Thanks Dr.
@JorjiAljorji
12 күн бұрын
Galatomii hayyuu oromon qabduu ❤umrii nuuf dheradhuu
@FeysalUsman-wv6yu
13 күн бұрын
YU fi Ittii anaa habtee❤❤❤❤❤
@hikmetzewde9991
12 күн бұрын
❤❤❤👍👍👍👍
@robsaanrobsera4221
37 минут бұрын
OMN! Good 2 see you & Prof. Etana Habte
@user-vi8oe9uu2v
13 күн бұрын
Thank you OMN🙏🙏🙏
@tolaragasa8211
16 күн бұрын
Dr annaa dhufuu
@gadaagadab4043
13 күн бұрын
Welcome back to OMN
@Johara-oz8hh
13 күн бұрын
Dhugaan ni qallatti male hin cittu akkuma jedhan sani abiy isa haa fonqolchu rabbi
@calalaboorae920
9 күн бұрын
Dr ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@tesfayeeticha2373
12 күн бұрын
Dhugaan jirtu Kanuma,Galatoomaa
@derejekeba7844
15 күн бұрын
You are also exceptionally brilliant. Keep speaking for Justice.
@LawofGod
15 күн бұрын
Tortora dr
@mdamin9092
15 күн бұрын
Hayyee Dr baayyee galatoomi Dubbii dhugaati dubbin kee❤
@Abdeorotube460
15 күн бұрын
Guyyaa itti anu dr tsaggaye nuuf fidi
@user-qs3fs6iu5x
16 күн бұрын
Hedduu galatoomi! Waaqayyo akkasuma dhugaa sihaadubbisu! Diinni Oromo Nafxanyaa fi naftxanyummaa qofa.
@ZenaMinch
15 күн бұрын
Dr Ittanan Ummaata keennaaf barbaachiisaadha
@asfawtihune1095
12 күн бұрын
Yihun hin dalaniin . Yennaa Abiyyitti buhamu si dhukkubdi mitii!
@TekalengMan
14 күн бұрын
Sobduu adunyaan ammallee ni badhasti hinnaftuu
@MahammadMusa-v4r
9 күн бұрын
Dr bayyee hin sobinaa 😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@user-pm8we3lv6t
14 күн бұрын
❤❤❤
@diribaasefa-un5no
13 күн бұрын
Abiy inummaa Si caala dhisee Mee
@ZenaMinch
15 күн бұрын
Bar evidence walqabsisee dubbataa
@dadigelashe5192
14 күн бұрын
Kjibaa
@MUSCAFAAAbduramaan
15 күн бұрын
Of course my Dr ❤
@LenchoAbera-v8z
8 күн бұрын
Dhugumaa ❤❤
@Radinaabdurazq
10 күн бұрын
Nagaya.fayadha jita badee
@RediyeHamid
15 күн бұрын
Well come Dr itana
@MohamadKaliil
12 күн бұрын
Maalo maalif TV ummataaf banuun isinitti ulfaate
@MusaAbi-t1e
15 күн бұрын
Ijaafi gurra keenya omn
@ChalaAbdallaa
14 күн бұрын
Jawar Mohammed nufi dhiyessaa please 😢😢
@Makiyaa236
14 күн бұрын
Guyya itti anu dr tsgayee fidi🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
@abdiiusee
15 күн бұрын
Finnfinnee hin argiituu dhugaa namaa hin dhooksiin.kanan hayyuu oromootii jechuun hin danda.amuu
@RameeTube-qf4ym
15 күн бұрын
Abiyii Ahamad ali nafxaanyadha araas borus aka hacaluu hundeesa jedhee😅
@LawofGod
15 күн бұрын
Tortora ! Anthe new ygedelkew jele oromo
@bureesubbee1933
15 күн бұрын
Galatoomi
@TekalengMan
14 күн бұрын
Gowwaa
@bureesubbee1933
15 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@KalboMan-bu7ek
13 күн бұрын
gowottaa
@gidilechisa
13 күн бұрын
Well come back Dr Etana Habte
@danibultum4444
15 күн бұрын
Kkkkkkk ADr qoricha Abiyii
@dursatrucking6732
15 күн бұрын
Dr ittanan nama bilchina siyasa sirriti hubate beku gltmi horri bull si jallanna
@abdiiusee
15 күн бұрын
Oduu malee malii hojetee atiii oromoodhaaf dokterummaa baatee hasauu keetii naan gadaa. akka kee kanattii oromoon tokkoo tauu hin dandeessuu .kan napxnyaa walii walii galee tokkoo siiii jaziiba
@ZenaMinch
15 күн бұрын
Dr Namatti tolta dhugaa yeroo hundaa odoo atumti dubbatte. Professor Mohammed waliin
@user-hq8sw3oh4b
15 күн бұрын
Abiy Ahmed Ali yaa daabessaa yaa guunessaa maaluumaa abaa issaa nuu hassawaa yaa Sobiduu yaa haattuu biyyaa abaa kiyyaa keessa ammaa hinbaattuu chee chee chee😂❤😅
@Anuwar-yh5sz
16 күн бұрын
Har'aa duwwaan hammabooda kadhatanii nyaachuun hinjiru hojjedhaa ganamaa haftee safuuudhabboo😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅
@MohammedKedir-w8n
15 күн бұрын
Gogi wan hasoftufi wadhiftuyu hibetuu
@lalisafikadu-wk6eq
11 күн бұрын
Dr.Ittaanaan baay'ee na kofalchiise,baay'ee Wallaalaa ta'uun ija jabina namaaf Kenna! !!!
@alemhagere7023
15 күн бұрын
Abbichuun sadarkaa koloneelarra gahee jira.Doktorummaa kee doofummaa gadii kanaa mannaa nama du'ee awwaalame wayya.Yihun garuu nama kana kan arraba keessi duwwaa kana dhageeffachuu keetti baay'een gadde.
@user-ne6qc5yz5m
15 күн бұрын
Kan oromoof ta'u abbiiyyii dhumaa ammaaa nuttii warrii biyyaa kessaa jiruu enyuu akkaa midhaa jiruu argaa jirraa ummaanii qamaa lamnunu du'a jira hawasa dhageefadha hawasanii bilisaa bahuu mittii ammaa nagaa ta'uudha ilmaan issaa waggaa 6 baranota dhabee debissuu dha ilman kessaan barnotaa garriii barasisaa kan hiyyessattii warrana labsittuu
@shawuunagasaa4882
16 күн бұрын
Dahoon Dahoon Abyyii 🙅♀️🙅♀️🙅♀️
@dagagagalata5468
15 күн бұрын
Abiyiin kana godhe jekte atoo baruumsa keetiin maal goote uummata oromoof?hin sobin midiyaa irratti please afuufaa namaa.
@AbdiGerachew-u6r
13 күн бұрын
Abdigerachew 48:42
@birkiigadaa3887
15 күн бұрын
aktivistoota oromoo keessaa naman akkaan jaaladhu dr.ittaanaa habtee mataa dhiiraa
@yohannesbulcha4220
14 күн бұрын
Galatoma Galatoma Galatoma hundii kessanu worri 0mn Dakotar itaana heddu Galatoma umrii dheeradha dhuga baasun dirqama kessani
@michaelkutane236
16 күн бұрын
Dr.Ittaana dhihadha.
@sanyii9438
12 күн бұрын
maalimmoo diddibattee dhuftee..?? lakkii waanti akkasii kun oromoorraa hin bareeduu..
@KamilTemam-xb7zt
15 күн бұрын
fuula kee jaldeessa kana
@user-nt6nd6fu5v
15 күн бұрын
👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@olinegassa1758
15 күн бұрын
Jaran otoo nama hin arrabsiin yaada keenya yoo ibsanne maal ta'aa? Yaada keenya arraba dhiisnee saayinsaa mala ta'een haa ibsannu
@gadaagadab4043
14 күн бұрын
Mucucaatee 𝐎𝐌𝐍 keessatti kufee ?
@gemechubatu6662
11 күн бұрын
Hattuu diqalaa jaraa
@AbdiGerachew-u6r
13 күн бұрын
Abdigerachew 05
@AbdiGerachew-u6r
13 күн бұрын
Abdigerachew 05
@ZenaMinch
15 күн бұрын
Lolli Tigrai yoo dhume kun salphadha Dr Galatoom
@user-dn1xi6vh7b
16 күн бұрын
Motumaa tate akati albaun ke dadhabina Agarsisaa😂😂😂
@imamaerati4453
16 күн бұрын
Namni akka kee Afaan Oromoon barreessu hanga yoonaatti hin argamne.Gadi badii!!
@user-dn1xi6vh7b
16 күн бұрын
Fonqolun kee wan hin ole usituma kijibi
@Anuwar-yh5sz
16 күн бұрын
Ayi yaaworra ittanaa hordofu wollaahi duuwwaadhaaf isin
@seetookeenyaan
15 күн бұрын
Dubbichatu hordofama malee Ittaanaa mitiim kan hordofamu! Dubbii immoo Saayinsii dhugaan Wal qabsiisee dubbataa Jira. Soba kan jedhu immoo ragaadhaan yoo mirkaneessite siinis ni hordofna.
@hindyboru3669
16 күн бұрын
Ittana, guyyaa biyyatti fuutani Abiyyi itti khannitan: "Amata 4 nutii siree jala bulaa turree jedhee Abiyyi " nama ajjeesuun moohamuu dha jedhee" " ሰወ መገደል መሸነፍ አነ ቀዘነመ ነው አለ Aliyyi. " Kanaass hasawa kettii ida'i.
@abdulazizahmed954
15 күн бұрын
Hosso lammana magarasaa angoo abiyi daabarasu batte uffi motummaa Ethiopian taa'e 2maana angoo irraa turuu danda'aa haaga abiyi kaana politics lamma shiraa fi daaba waan hin qaabanefi abiyimaatu lamma angoo irraa fonqolchee fudhaa tureeyu politics lamma fi jawarile shiraa fi daaba waan hin qabanefi essaayu gaahu hin danda'aan politics shiraa gaara jebenyaa daaba waajini deema motummaato angoo irraa yeero dheerafa turana lala putin isayasa afaan waraqii fkn
@diribaasefa-un5no
13 күн бұрын
Gadheen tuunis ammaa doctor ofiin jeetti waa'ee fannoo waan ishiin hassooftu dhageenye jiraam !! Koottu Biyyaa kanaa bulchii osoo ittin jedhaan maal gootii laata??
@danielgeleta8979
10 күн бұрын
maal qaba guyyaa tokko naga yoo duubatan??????
@ejiguetana2153
15 күн бұрын
erga qabsoo Oromootiin iddoo saamichaan qabate,ammamo Abiyyii sabummaa jibbuun waa'ee eenyummaa hin kaasina jedha.
@alemhagere7023
15 күн бұрын
Odeessee bulaa akka obbo kaftee kana maal goona? Gaaf tokko wayyaanee morma deebi'ee deeggara.Gaafa kaan immoo Shanee warra jedhamtu kan bosona keessa yaatu jedha.Amma immoo WBO jedha paartii Badhaadhinaa mormuuf.Namni kun eenyu ykn nama meeqa laata?Waan kaleessa dubbanne waan fuulduratti ta'u tilmaamun murteessadha.Biyya keessa kan jirru argaa jirra akkuma jireenyaa guddataa jedhe ifaan mootummaa waraanuu hin dandeenyu.Kanaaf riphee lolaa taane hafnee jedhe.Obbo itti aanan garuu yoo xiinxalu hattuu dhokattee ummata saamtun mootummaan ni dadhabee jedhe.Meee obbo ittaana eessatti mootummaan dadhabe dirreen lolaa shaneen itti gaxamte jirti?
@AbdiGerachew-u6r
13 күн бұрын
Abdigerachew05 46:41
@marimagudato5952
15 күн бұрын
Dr abba factory 23😂😂😂😂😂
@Bereda100
15 күн бұрын
Polotika caaba badhattee deemu. Ka oromomodhafi fayida hinqabine badime.🤮
@nesratahir5115
16 күн бұрын
Qawwee caphaa tokko jala nama shaniin deemtii jecha tureeTaayyeenuu booda lollii Gadaamii ture hara'a Suulutaa jiraa jedhee Abbeej
@user-io1ue7fc2f
15 күн бұрын
sobaa wayii dubbii sobaa inaaffadhaan kaatee haasofta malee Abiyyi waggaa 1000 yaa jiraaatu erga inni dhufee mataa ol qabannee deemuu eegalle finfinnee keessa
@SamsungTabA7-vk8eg
15 күн бұрын
😂 sobduu. Dhugaan jiru keessa kee alanfatee nyaata
1:24:51
OMN: Haasawa Prezd Oromiyaa fi dhimmoota waytaawoo
OMN
Рет қаралды 1,8 М.
17:02
አነጋጋሪው የጠ/ሚኒስትሩ ትዕዛዝ፣ "አድራሻቸው የጠፋው ይልቃል ከፋለ"፣ “ዘመቻውን ቀለበስነው” ጄኔራሉ፣ ፑቲን ስለጎፋ የላኩት መልዕክት፣ የወርቅ ማውጫው|EF
Ethio Forum ኢትዮ ፎረም
Рет қаралды 52 М.
00:27
WHAT’S THAT?
Natan por Aí
Рет қаралды 13 МЛН
00:32
Does size matter? BEACH EDITION
Mini Katana
Рет қаралды 20 МЛН
00:12
DEFINITELY NOT HAPPENING ON MY WATCH! 😒
Laro Benz
Рет қаралды 59 МЛН
00:40
What it feels like cleaning up after a toddler.
Daniel LaBelle
Рет қаралды 75 МЛН
1:21:56
2017 እንዴት ተዘጋጅተን ምርታማ እንሁን?| ዶ/ር ገመቺስ ደስታ | |Ethiopia| |Dr Gemechis|@dawitdreams
Dawit Dreams
Рет қаралды 336 М.
1:37:41
OMN: Fonqolcha Mootummaa?
OMN
Рет қаралды 22 М.
1:45:21
#Zaramedia - የትግል ጉዞውና የወቅቱ ፈተናዎች /ትግሉ ለሀገርነት ወይስ ህብረብሔራዊነት/አቶ ጅሬኛ ጉደታ-የOLA ቃል አቀባይ -07-11-2024
Zara Media Network -ZMN
Рет қаралды 34 М.
17:04
"ቢንያም ግርማይ ክእለት ብሽክለታ ካብ ኣቦና'ዩ ወሪስዎ" ሰመረ ሃይሉ (ሓወቦኡ ንቢንያም ግርማይ ካብ መቐለ)
Muza Tv ሙዛ
Рет қаралды 44 М.
1:16:30
Xiyyeeffannaa: Turtii Prof Hizqeel Gabbisaa waliin
OMN
Рет қаралды 10 М.
1:13:34
OMN Qophii Addaa Dr. Kabajaa Alii Shabboo Waggaa 62ffaa 4n Qalloo irratti Adoolessa 15, 2024
OMN
Рет қаралды 3,8 М.
21:41
OMN ODUU ADOOLESSA 24, 2024
OMN
Рет қаралды 20 М.
15:10
🔴የአቶ ታየ ዳንደኣ አሳዛኝ የፍርድ ቤት ውሳኔ| ህወሃት ለጠ/ሚሩ ማስጠንቀቂያ ምላሽ ሰጠ! ከባድ ክስተት| #ethiopia #orthodox #eotc
SEBERTA MEDIA_ሰበርታ ሚዲያ
Рет қаралды 28 М.
1:06:50
Qophii Caayaa: Kantiibaa Magaalaa Shaggar - Dr. Tashoomaa Addunyaa waliin taasifame
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 100 М.
44:15
Bofaaf Hantuutan nyaachaa ture. Dr.Eng. Indaalee Abbabaa
Qaanqee Show
Рет қаралды 78 М.
00:27
WHAT’S THAT?
Natan por Aí
Рет қаралды 13 МЛН