Our Wedding | Dr Nafyad and Ayantu | Cidhaa Dr Naafyaad part 1 | ሰርግ|

  Рет қаралды 252,940

Dr Nafyad Getu Official

Dr Nafyad Getu Official

5 ай бұрын

#wedding
#cidha
#serg
#aruuza Dr Naafyaad
Join this channel to get access to perks:
/ @drnafyadgetuofficial

Пікірлер: 637
@barkotbarni2445
@barkotbarni2445 5 ай бұрын
ዋውውው !!!! እንኳን ደስአላችሁ!!!🎉🎉🎉 እንክን ጌታ ለዚህ ቀን አበቃችሁ!!!!❤ “ስለዚህ ሰው አባቱንና እናቱን ይተዋል፥ በሚስቱም ይጣበቃል፤ ሁለቱም አንድ ሥጋ ይሆናሉ።” - ዘፍጥረት 2፥24
@proggenius2024
@proggenius2024 5 ай бұрын
Wow Dr. Nafyad, I'm now your huge fan. What a beautiful wedding ceremony! Sending lots of hugs :) Rabbi gaa'ela keessan siniif haa ebbisu. Nama boonsitu.
@user-xo8jn6tu2w
@user-xo8jn6tu2w 5 ай бұрын
Really amazing. What a blessing!. Congratulations!!
@kennaashawaa.9955ambo
@kennaashawaa.9955ambo 5 ай бұрын
Wow akkam baredduu Dhuga bagaa siin ga'ee naf yadi kenyaa bayyee siif gamanee oraah bulla🌷🌷🕊️🕊️🙏🙏
@adisrago7080
@adisrago7080 5 ай бұрын
Wowww naf yadi baga guya kana gesani baga waqayo isin gargaare❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💯💯💯💯💯💯💯
@siifaantube5427
@siifaantube5427 5 ай бұрын
Matii naf ta'i ❤
@user-ct7sr2rz3t
@user-ct7sr2rz3t 5 ай бұрын
Bareduu mucas❤🎉❤
@YadiiMaan
@YadiiMaan 4 ай бұрын
Iloveyou
@user-qx1tg5oi5t
@user-qx1tg5oi5t 5 ай бұрын
amazing baga ittin si gahee Dr. mana faarfannaa siniif haa tau ammayyuu. jajjabaataa namaa. congra
@samuelabate2904
@samuelabate2904 5 ай бұрын
Amazing wedding Amazing place chose for this best ever wedding Wish better life for both dr and his partner
@tamirudame9219
@tamirudame9219 5 ай бұрын
Dr. Nafyad and Ayantu, congratulations on your special day! I wish you both a lifetime of love, joy, and abundant blessings as you begin this journey together🎉🎉🎉
@AbdisaAbdulkadir-fm3po
@AbdisaAbdulkadir-fm3po 5 ай бұрын
Woow 🎉❤🎉 It's interesting & really liked it! Have a long life & bright future together! 2ta'aa ciisaa 3ta'aa ka'aa🎉
@mamitugeleta3752
@mamitugeleta3752 5 ай бұрын
Wow amazing ceremony! May God almighty take all the glory! I bless your marriage in the name of jesus christ of Nazareth! Stay blessed forever!
@selamademsung5995
@selamademsung5995 5 ай бұрын
እንካን እግዚአብሔር እርዳክ መልካም የትዳር ዘመን ይሁላችሁ❤
@ahme9759
@ahme9759 5 ай бұрын
እንካን ደስአላቹ እግዛብሔርይመስገን ለዚቀን በቃቹ አሜን።❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@BiftuYonas-l3o
@BiftuYonas-l3o 9 күн бұрын
Wow አዩ በጣም ነው ምወድሽ የኔ ቆንጆ🥰🥰🥰🥰ዶክቴርም🥰🥰🥰👏👏💖💗💓💓💓💖💖💖💖💗❤❤❤❤❤
@haneyabdela6609
@haneyabdela6609 5 ай бұрын
Congratulations 🙌 🎉dr this amazing weddings and good friends
@user-io5mi5wn6p
@user-io5mi5wn6p 5 ай бұрын
Wowow Dr nafiyad bagga rabbin guyya kana si gesise Dr Kenya masha allah tabaraka allah hora bulaa
@fanushalomicom1137
@fanushalomicom1137 5 ай бұрын
Woooww dotor iyee congratulations 🎊 👏 💐 umuri dheeraa wajjin jiradhaa ari wajjin filadhaa waggaa hardha ilmaa kasuti badhaa
@Zayid-zx5zh
@Zayid-zx5zh 5 ай бұрын
Wooo bagaa gese hadhookoo ebbifaamii dachaa ayyaanii waqaa sif ha bayaatuu bagaa gamaadanii
@bisra7025
@bisra7025 5 ай бұрын
Congratulations 🎊 👏 💐 🥳Happy Wedding ❤❤❤
@dagyman936
@dagyman936 5 ай бұрын
Waaqayyoon chidha abrahaamiif saaraa siniif haa godhu Doctor sin jaalanna qaalii namaa❤❤ umrii dheeraa jaalala rabbii waliin siniifan hawwa❤❤❤❤❤
@astermekonnen9340
@astermekonnen9340 5 ай бұрын
እንኳን ደስ አላችሁ መልካም ጋብቻ ❤❤❤❤❤❤
@missabyssinia2293
@missabyssinia2293 5 ай бұрын
My beautiful people! May God bless your union! 🙌🏾🙌🏾❤️
@user-zn1xo2yf3z
@user-zn1xo2yf3z 5 ай бұрын
Congratulation GOD bless your Marriage ,I have great respect for you !
@deboradebora3543
@deboradebora3543 5 ай бұрын
Wowowowowo ijarraa afaa nuuf jiirraadhaa baabbaarreedoo qaaqaallii waaniii kenya bagaa gaammaadee dokator keenyaa horraa bulaa ❤️❤️❤️❤️❤️👍
@MimiDanye
@MimiDanye 5 ай бұрын
Waaqayyoo ini gaa'eela namafi kenuu Haa eebbifamuu yesus gooftaadhaa ❤❤❤❤
@almaztesfa1039
@almaztesfa1039 5 ай бұрын
❤❤❤❤Wwwwwooohora baay'edha, jiradha Kan Abiraham fi saraa isif haa ta'uu
@waaqayyoogudadhamalo6475
@waaqayyoogudadhamalo6475 5 ай бұрын
Wow wow wow bagaa waaqayyoo ittin isiin ga, ee dhugaa bayyee namati toltuu dhugaa umurii dheeradhaa ❤❤❤❤
@AMMON2nd83
@AMMON2nd83 5 ай бұрын
Congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉Happy wedding for you!!!!
@obseedinqii2315
@obseedinqii2315 5 ай бұрын
Wowwwoo baay'ee namti tola dhugaa bagaa waaqayyoo siin gargaaree hora bulaa waajiin ❤❤❤❤❤❤❤❤
@weynishet7857
@weynishet7857 5 ай бұрын
Dr ,bagaa isiin ga'ee bagaa gamadaani waaqayyoo gaa'iillaa keessaani isiif haa ebbisuu🎉🎉❤❤❤❤ gaa'iillaa kani Abraham fi saraa isiinf haa tasisuu🎉🎉🎉
@bm6056
@bm6056 5 ай бұрын
Congratulations Dr .beautiful wedding ❤❤❤
@kennamaariyaam4968
@kennamaariyaam4968 5 ай бұрын
DR Ga'ilaa Ebbifama siifaa ta'uu🥰🥰 Maaloo shammaraan keenyaa ufaannaa keessan sirreffadha sirreffadha mee uuma keessan sodaadha
@hayatshelilabedesa1373
@hayatshelilabedesa1373 5 ай бұрын
Woww wooww Woww amazing wedding ijarra hafaa wollah
@cgvb6766
@cgvb6766 5 ай бұрын
Woooow baga geessan Doctor keenya siniif gammadeera dhugaa
@likkeemekonin8288
@likkeemekonin8288 5 ай бұрын
Congratulations Doctor Bagaa waqaayoo gooftaan kanaan isiin gahee.
@kenenibedada539
@kenenibedada539 5 ай бұрын
Wawwwww baayee namatii tolaa dhugaa waaqayoo bagaa gamadee Dr kenyaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤
@eebbaafbeekootube
@eebbaafbeekootube 5 ай бұрын
Gaa'ela fakkeenya ta'u isiniif haa ta'u.
@SUae-tn5th
@SUae-tn5th 5 ай бұрын
Baga waqayyoo guyya kanan isin ga'ee❤🙏 walin horaa bayyadha ga'ilaa milkii❤❤
@EboRebira
@EboRebira 5 ай бұрын
Woow baga gammaddanii Dr keenya waliin horaa bulaa❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@SummayyaummuuAmmaar
@SummayyaummuuAmmaar 5 ай бұрын
Mashaallaa bagaa Rabinii isinii gahee horaa bulaa imaa intallaa arigadhaa umurii wajinii dheradhaa arii wajii filadhaa Congratulations Congratulations Congratulations
@user-ro8kx1fi8i
@user-ro8kx1fi8i 5 ай бұрын
Wwwwwww baga waqqayo isinin, gae gaila, Sara fi, Abraham isinif yaa godhu ❤❤❤❤❤
@leylaabduro210
@leylaabduro210 5 ай бұрын
Wowww congratulations 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤ bagaa gamadanii horaa bulaa
@Maariyamtube
@Maariyamtube 5 ай бұрын
Dr. Baga geessaan bara garii isiniif yaataa'uu horaa bula🎉🎉🎉
@mekedaskebeta683
@mekedaskebeta683 5 ай бұрын
Bagaa isif ta'e Waaga kanaa gaalata biraan kotaa Ebifamaa, kaaalati hundumaan❤
@zemedealemayehu3325
@zemedealemayehu3325 5 ай бұрын
Baga gammaddan Dr. Barri jireenya keeysan kan eebbifame haata'u.
@sitotawberhanu4279
@sitotawberhanu4279 5 ай бұрын
Wonderful weding! God bless you all!!
@SifanGeda
@SifanGeda 3 ай бұрын
Wow Amazing...... Congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤
@thebigcreatorr
@thebigcreatorr 5 ай бұрын
Jaalladheerra❤❤❤. Gaa'ila Waaqayyo Eebbisee isiniif haa ta'u!!!
@getanewase1578
@getanewase1578 5 ай бұрын
Wooow🎉🎉🎉🎉🎉🎉 congaratulations waliin Horaa bulaa baga gammaddan
@adisutaye344
@adisutaye344 5 ай бұрын
Waaqayyoo Baga kanaan si gahe Dr Baga milkoofte ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
@sifaantube1230
@sifaantube1230 5 ай бұрын
Woww Dr bagaa gammadde congratulations congratulations congratulations congratulations congratulations congratulations umrii dheeradhu hori buli
@fufuilu1212
@fufuilu1212 5 ай бұрын
Wooww baga guyyaa dhaloota keessan isa lammaffaa geessan mabruk dr naafyad💍💍👑👑👑👑
@Nasima-sk8yr
@Nasima-sk8yr 5 ай бұрын
Wow 🎉 bagaa etiin sii gahe Dr kenyaa mabruk ❤
@hadhaako
@hadhaako 5 ай бұрын
Congratulations horaa bulaa dafaa ilmaa fidaa koottaa ❤❤❤❤❤😍😍🥰🥰
@biliseetube2622
@biliseetube2622 5 ай бұрын
Wowww bagaa waqayyoo sin gayyee ❤❤❤❤❤congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉
@Mezmurorthodoxethiopia
@Mezmurorthodoxethiopia 5 ай бұрын
Baga geessan Dr akka gaa'eela Abirhaamiis saaraa eebbise waaqayyoo siniifis ha eebbisu hora baayyadha firri eebba gaha❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉 congratulations
@Worke-hr5mf
@Worke-hr5mf 5 ай бұрын
Waaww congratultionsi❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@ababatsgaye2759
@ababatsgaye2759 5 ай бұрын
Bagaa waqayoo guyyaa kana isinii gayee horaa bulaa umurii dheraa wojinii turaa Dr 🥰🥰🥰🥰
@natsanetnastanet8890
@natsanetnastanet8890 5 ай бұрын
Gooftaan baaraa jireenyaa keesaan haa Ebbiisuu Dr keenyaa 🎉🎉🎉🎉bagaa gamaadaan
@zaraanolee4707
@zaraanolee4707 5 ай бұрын
mashallaa dr keenyaa bagaa ijaramatee horaa bulaa😍😍
@nounanana3343
@nounanana3343 5 ай бұрын
wowowow Baga guyyaa kanaan isin ga'e gaa'ela Eebbaa kan gammachuu haroo bulaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@kenenitube
@kenenitube 5 ай бұрын
Wow Bayy'ee namat tola wow jabadhu itti like ❤❤❤❤❤🎉BAGA gamadde 🎉🎉🎉🎉
@SofSofi-cr2ou
@SofSofi-cr2ou 5 ай бұрын
Wwwwww baga rabbiin guyya dhallota lamataan sii gahee beekka koo ❤❤❤❤
@zeharazehara9372
@zeharazehara9372 5 ай бұрын
Mashaa Allhaa.Mashaa Allhaa mubruke
@naaomiiterefa
@naaomiiterefa 5 ай бұрын
congratulations Dr ❤❤❤❤ 😍😍😍 First comment
@faituuwaariqu4105
@faituuwaariqu4105 5 ай бұрын
Wwwwwooooo ba'yee namati tolaa dhugaa bagaa gamadhan❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Bedatu-sx5ev
@Bedatu-sx5ev 5 ай бұрын
Wow Baga kanan si gahe doctor ❤
@sisaayiiabdisa
@sisaayiiabdisa 5 ай бұрын
Wwwwwwooowww baaga gaamadanii baaga itti isini gaahee horaa buula congratulations 🎊 👏 💐 ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@lensashawatube2596
@lensashawatube2596 5 ай бұрын
Wwwwwow bagaa Kanan sigahe Dr Waqayyo ❤❤❤
@ekramahmed3892
@ekramahmed3892 5 ай бұрын
Wow ❤❤❤🎉🎉dactor keenyaa Baga guyyaa gammachu keetin issin gahe hora bulla lamma ta'a chissa sadi taha kaa'a
@etenashlloveyouoromiyaasin1082
@etenashlloveyouoromiyaasin1082 5 ай бұрын
🎉🎉🎉🎉❤❤❤ bagaa gammada abbaa cabsaa bagaa kanaan isiin geenye eebbifamaa
@user-hw4jn4ew9y
@user-hw4jn4ew9y 5 ай бұрын
Bagaa itin isin gayee Dr koo Lechaa sabaa ❤
@ayantukabetaayantukabeta9163
@ayantukabetaayantukabeta9163 5 ай бұрын
bagaa gammddaani dr keenyaa waalii horaa bulaa baay'ee dha congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💯💯💯💯💯💯💯💯😍😍😍😍😍☺️☺️☺️☺️☺️☺️☺️😊😊😊😊
@siifaantube5427
@siifaantube5427 5 ай бұрын
Ayantuu matii naf ta'i
@BonaWest-fk9wo
@BonaWest-fk9wo 5 ай бұрын
I am kongo i love oromo wedding 🎉🎉
@BornLiveDie4Christ
@BornLiveDie4Christ 5 ай бұрын
To God be the glory. Amen.
@rawadarawada7786
@rawadarawada7786 5 ай бұрын
Kokolfaa nama ❤ bagaa gamade ❤ mashaalla rabbii ilmaa ilmoon isin ha gamachisuu 🎉❤❤
@user-vn7wf7zn9e
@user-vn7wf7zn9e 5 ай бұрын
Wowoww 🎉bagaa gamadee Dr Nafyad
@DiribaDiriba-vr1ji
@DiribaDiriba-vr1ji 5 ай бұрын
Woòow namatti toltuu farfattootaa Affeeraachuu diddee malee @
@firiiyoutube6721
@firiiyoutube6721 5 ай бұрын
Nagaan Waqayyoo manaa kanaaf Yaa bayatuu bagaa nagaan dhuftaan qaliiwaan koo heduu Namaati tolaa Congratulations 🎉
@nasisaajama7954
@nasisaajama7954 5 ай бұрын
Wwwwwww Mashaallah Mashaallah Tabakarahl 🥰🥰🥰💯💯👌
@miserms4091
@miserms4091 5 ай бұрын
Dr dafii qeeroo wayaneni dugugdee bakka nufi busii sanyiikoo ❤🎉
@alemneshnugusu2914
@alemneshnugusu2914 5 ай бұрын
Wowwwww❤❤❤❤❤❤❤❤❤akati baredani Congratulations dokater ❤❤❤
@hawwii6354
@hawwii6354 5 ай бұрын
Wooooooooo congratulations Dr keenyaa 🎉🎉🎉🎉🥰🥰🥰
@EnthusiasticAtom-ml3rd
@EnthusiasticAtom-ml3rd 5 ай бұрын
congratulation doctorMay God bless your marriage❤❤❤❤❤
@siifaantube5427
@siifaantube5427 5 ай бұрын
Baga Gammaddee congratulations Dr and Ayantu❤❤🎉🎉🎉🎉
@oromiyaabiyyaakoo9715
@oromiyaabiyyaakoo9715 5 ай бұрын
WOW wow bagaa ittiinii sii gahee Dr keenyaa
@rahaomar8769
@rahaomar8769 Ай бұрын
Wooooow congratulations 🎊
@rakcity6216
@rakcity6216 5 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤wow bayy'ee namati tolaa Waaqayyoo isiin haa Eebbisuu Eebbifamaa
@garibahadji9647
@garibahadji9647 5 ай бұрын
congratulatioons. GEMEDA OLANA MEETI?
@user-lf5gs7ii2y
@user-lf5gs7ii2y 5 ай бұрын
Waaawuuu bagaa sii gayee Dr Nafi yaa bayesa namaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
@girmayebenti6557
@girmayebenti6557 5 ай бұрын
Congratulations!!
@gemechuhaile4235
@gemechuhaile4235 5 ай бұрын
horaa bulaa gaila ebbifamaa siniif haa tauu😍😍😍😍😍
@user-hl9wq6rk4s
@user-hl9wq6rk4s 5 ай бұрын
Baga gammaddan warra waliin horu ta'aa bara quufaa❤❤
@saass4141
@saass4141 5 ай бұрын
Congratulations 🎉❤❤
@user-xc1xo9wf2k
@user-xc1xo9wf2k 5 ай бұрын
Congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤ bagaa milkofitaan Dr keenyaa ❤❤❤❤❤
@kebedutufa5471
@kebedutufa5471 5 ай бұрын
Baga gammaddan 🎉🎊🎈Horaa bulaa deebanaa.
@misraali9676
@misraali9676 5 ай бұрын
congratulations full of oromuma in wedding ❤❤
@xajeekebede8271
@xajeekebede8271 5 ай бұрын
congratulations Bro!!!❤ I am so happy for you!!!!
@siifaantube5427
@siifaantube5427 5 ай бұрын
Matii naf ta'i
@akramkhatib5744
@akramkhatib5744 5 ай бұрын
Bga gessan haa ebbifamu🎉🎉🎉
@myphone7481
@myphone7481 5 ай бұрын
Baga guyyaa kana gessan gammachuun kessan kan bara bara isiniifhatahu❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@user-ec6wf8cw5z
@user-ec6wf8cw5z 4 ай бұрын
Ufeee Kaa bayyeen gammadee Dr
Daa’imni keenya nagaan nuuf dhalateera!
8:12
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 70 М.
Haadha manaakoo waliin Iccitii hedduu dubbanne | gaaffii keessaniif deebii|
30:08
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 309 М.
39kgのガリガリが踊る絵文字ダンス/39kg boney emoji dance#dance #ダンス #にんげんっていいな
00:16
💀Skeleton Ninja🥷【にんげんっていいなチャンネル】
Рет қаралды 8 МЛН
Waadaa Jaalalaa Dr Naafyaad fi Haadha manaa isaa nama hedduu boossise
10:43
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 126 М.
ካገባች በ5ተኛ ቀኗ የተገደለችው ሙሽራ
28:05
🙊🤰waan Aja'ibaa dhugaa nama dhukkubaa 🥰🙆‍♀️
8:12
DHUGAAF MEDIA
Рет қаралды 29 М.
LEVITATING MAGIC REVEALED 😱😳
0:18
Milaad K
Рет қаралды 8 МЛН
Моя Жена Босс!
0:40
Petya English
Рет қаралды 2,2 МЛН
УГАДАЙ ГДЕ ПРАВИЛЬНЫЙ ЦВЕТ?😱
0:14
МЯТНАЯ ФАНТА
Рет қаралды 3,4 МЛН
The FAST and FURIOUS Table Hack 😱
0:29
LosWagners ENG
Рет қаралды 19 МЛН