QOPHII CAAYAA

  Рет қаралды 14,638

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

8 ай бұрын

Turtii Bulchaa Aanaa Lumee obbo Alamayyoo Masqalaa waliin taasisame.
Odeeffannoon wayitaawaa bakka jirtanitti akka isin qaqqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa OBN irraa argachuu yoo feetan:
Yuutuubii: KZfaq.com/OBNoromiyaa?sub_confirmat...
Feesbuukii OBN Afaan Oromoo: / obnafaanoromo
Feesbuukii OBN Horn of Africa : / obnhornofafrica
Feesbuukii OBN Afaan Amaaraa:- / obnamharic
Feesbuukii OBN Afaan Ingilizii:- / obnenglish
Tiktok : / obncyber
Tiwiiterii: / obnoromiyaa
Teeleegraamii:t.me/OBN_VoiceOfthepeople
Raadiyoo OBN zeno.fm/radio/obnradio/
Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif ulfaadhaa.
OBN Sagalee Uummataa

Пікірлер: 51
@user-ry1zc9nv2d
@user-ry1zc9nv2d 3 ай бұрын
Oromiyaa gutuu waliin gahii adaaraa kee jaba namaa 🥰🥰🥰🥰
@amarebiftu3959
@amarebiftu3959 3 күн бұрын
Mootummaan keessoo isaa sakatta'uu qaba.........har'as maraammartoo hamaa keesa jirra (VICIOUS CIRCLE)
@GabiTola-ez1jj
@GabiTola-ez1jj 5 ай бұрын
akkam oltan warra obn /sagantaa caayaa maalo gara magala keenyaa magaala aggaroo nuufis kottaa adaraa waa'ee hojjeta mootummaa lafa manaatiin nugaafadhaa
@tolawaktaye904
@tolawaktaye904 6 ай бұрын
Bulii Aboo Gazixeeessa Anwar
@SanyiiHinbanne
@SanyiiHinbanne 8 ай бұрын
sobduu fi warri arraba dheerattu hojiin osoo hin ta'in oduun 1ffaa baateem
@legeseadisu6406
@legeseadisu6406 8 ай бұрын
Xuruuri sirritti waan hojecha jiruyyu hin beeku kuni maal bulchaatii
@selammintea2862
@selammintea2862 4 ай бұрын
Jabaadhu ❤❤❤
@rayaanrayaan589
@rayaanrayaan589 3 ай бұрын
Addara karaa jimmaa demmaa kabinen umataa kenyaa nyataati
@HappyRunningShoes-sb9rb
@HappyRunningShoes-sb9rb 5 ай бұрын
Jajabadhu anwar Malo kutaa magalaa shagar annaa kuraa jiddaa kotuu rakkoo ummata nuuf motummati beksisii
@user-qy5yv5hl8r
@user-qy5yv5hl8r 18 күн бұрын
Jabbadha maloo 0:18
@tarikuworku-fl4ud
@tarikuworku-fl4ud 4 ай бұрын
bravo keep it up
@mitikugudumma655
@mitikugudumma655 7 ай бұрын
Really you are honest journalists person and you are standing for your people but this guy is carpeted man and he is not ture.
@amarebiftu3959
@amarebiftu3959 3 күн бұрын
LONG LIVE ...... ANWAR
@abishubirru7182
@abishubirru7182 7 ай бұрын
Obbo Aniwar. Ati Gaazixeessaa cimaadha. Mee Bulchiinsa magaalaa Dheeraa keessatti wanta hojjetamu guyyaa tokko ilaalaa. . Kaartaa bara 2009/ 2010 kenname qabatanii namoonni hanga ammaatti lafiti hin kennamniif jiru. Dhimma hedduutu jiraatii mee ilaalaa.
@edrishasen1587
@edrishasen1587 7 ай бұрын
Obbo Aniwar Galatomii itti fufii
@tegenemulatu983
@tegenemulatu983 6 ай бұрын
Caayaa ammas ittii fufaa
@user-ti8ze3gu2s
@user-ti8ze3gu2s 4 ай бұрын
Anuwaar nama jabaa!!!
@mahaammadimam4536
@mahaammadimam4536 6 ай бұрын
Bulchiinsi naanno kam irrajirtu hunduu garaa isheef male biyyaaf kan dhaabbattu hinjirtu dargaggoon waan nyaachistu hinqabdu waanta'eef
@asegidgetu2924
@asegidgetu2924 7 ай бұрын
Obbo Anwar Jamal Maaloo haaluma Kana bulchaa magaalaa nuff haa diyaateni
@user-bx2iy7gr6v
@user-bx2iy7gr6v 6 ай бұрын
Anii komiin sirraa Qabaa Anwar
@tarikuworku-fl4ud
@tarikuworku-fl4ud 4 ай бұрын
anwar jamaal gazexessaa dhugatii jiradhuu nama dhuga
@girmaasefa9983
@girmaasefa9983 7 ай бұрын
OBN media ta'a jira.....akkasumattii itti haa fufu
@amarebiftu3959
@amarebiftu3959 3 күн бұрын
Lafa kana gurgurachuuf deeman....QABI HARKATTI
@teshomebeyene6568
@teshomebeyene6568 5 ай бұрын
Great job
@Ahmad-jp3bz
@Ahmad-jp3bz 5 ай бұрын
Galatoomi anawaar jamaal
@user-rg4jq1jt6h
@user-rg4jq1jt6h 7 ай бұрын
Kanaa bulchaa jeechuun keessaan iyyuu rakkoo tokkoo dha
@AbuKedir-k8w
@AbuKedir-k8w 3 күн бұрын
Rakkoo hamaa keessaa jira jechuudha
@BirhanuMulisa-qr4xs
@BirhanuMulisa-qr4xs 3 күн бұрын
Anwar dafqisiisaa dhiiraa😂😂 pr mootummaa naannoo oromiyaallee akka dafqiftan heyyamanni jiru😂😂😂😂😂🎉
@user-tg5rf5dx5l
@user-tg5rf5dx5l 7 ай бұрын
Anwar jabaa namaa, jabeessi hattuu fi sobduu ba'aa ummataa taate saaxili
@dubatuke
@dubatuke 7 ай бұрын
Caayaan qophii jaalatamaa
@seenaayoutube12
@seenaayoutube12 8 ай бұрын
Nama jaba koo sirti nufi gafadhuu ini kuni keessatuu nanoo badiyyaa keessatii umani kenyaa rakata jiritaa
@horotube9869
@horotube9869 8 ай бұрын
OBN keessa iyyuu dudduuba obbo alamaayyoo avokaadoon jira.kkkk
@kamilhusen4271
@kamilhusen4271 7 ай бұрын
God❤❤❤
@SanyiiHinbanne
@SanyiiHinbanne 8 ай бұрын
Aanaa maalii bulcha kun baleessaa jira malee kanaaf immoo qophiin caayaa kun ragaadha.
@amarebiftu3959
@amarebiftu3959 3 күн бұрын
Abbaan Qabeenyaa isin LAFA kana kennuufif demtan eenyu laata?? Kana gaafadhu maaloo Anwaar
@JamaalJimma-pn9yw
@JamaalJimma-pn9yw 7 ай бұрын
Qophii caayaa dhugaa galatomii anawar jamaal
@BuzeTaye-mk5rj
@BuzeTaye-mk5rj 7 ай бұрын
Magalaa sandafaa bakee Yom nuf hojetaan rakoo gugudotuu jiraa oto rakoo Kenya nuf hojetanii
@user-wo2cu7ss8x
@user-wo2cu7ss8x 8 ай бұрын
Guyyoo lammaaffaa argannee jechuudha baayyee galatoomi akkanumatti itti fufi magaalaa hunda rakkoon walfakkaataadha
@mariyamhuseein5998
@mariyamhuseein5998 8 ай бұрын
Itophiya keesati ka Hojatu Gubodha isaani Hiyeesa hin laalan Abba qabeena male
@DaveSami-pn4um
@DaveSami-pn4um 2 күн бұрын
Namtichi Kun hattuudha gaaffii Kallattii Irraa Maksuuf Haasa'a Malee Gahumsaan deebii laate Tokko Hin Qabu kun ari'amuu Qaba
@user-bb1dl4sb3b
@user-bb1dl4sb3b 3 ай бұрын
Kani akana kaa biyya kufise
@amarebiftu3959
@amarebiftu3959 3 күн бұрын
LAFT LAFEEDHA.......
@mariyamhuseein5998
@mariyamhuseein5998 8 ай бұрын
Namichi lafa gurigurate jira
@hundebakalcha3659
@hundebakalcha3659 8 ай бұрын
Please respected journalist please would you ask Sululta? and bring for us thank you 🙏 you are doing amazing work really your are a true professional journalist we need many more such brilliant smart journalists thank you again
@ademusmeal9058
@ademusmeal9058 8 ай бұрын
shimaalis dhufuu dhiyyeessi ANUWAR
@bachamulatu9617
@bachamulatu9617 6 ай бұрын
Sagantaan kun guyyaa fi sa`atii meeqatti dhiyaata dhiiroo? OBN hin ilaalu garuu sagantaa kana ilaaluu barbaadeeni. Guyyaa fi sa`atii isaa natti himaa hadaraa!!
@AbuKedir-k8w
@AbuKedir-k8w 3 күн бұрын
Gaafa wixataa sa aa 3
@Khalifa-xk2xq
@Khalifa-xk2xq 3 ай бұрын
Jabadhuu Anwar rabiin siha gargaru Akasii yo saxiltee baye namati tolaa
@rohamedicalCampus
@rohamedicalCampus 5 күн бұрын
Rohamedicalcampus አፋንቅይ ድርጅት ነው ቦሌ ዎራዳ 13 ኢትዮጵያ ይቅማን ድርጅት ነው
@user-ti8ze3gu2s
@user-ti8ze3gu2s 4 ай бұрын
Anuwaar nama jabaa!!!
@user-ti8ze3gu2s
@user-ti8ze3gu2s 4 ай бұрын
Anuwaar nama jabaa!!!
Qophii Caayaa , Bulchaa Aanaa Lumee; 'dargaggoonnis jiraattonnis mari'achuuf nu didani.'
1:03:18
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 23 М.
Qophii Caayaa
1:03:21
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 7 М.
Double Stacked Pizza @Lionfield @ChefRush
00:33
albert_cancook
Рет қаралды 81 МЛН
Smart Sigma Kid #funny #sigma #comedy
00:26
CRAZY GREAPA
Рет қаралды 14 МЛН
Yeroo Jaalalaa
21:06
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 56 М.
Yakkii koo Dachaa Sabriina Jamaal
4:38
Direwood
Рет қаралды 2,5 МЛН
Caayaa, M/Roobee fuula lama qabdii? turtii Kantiibaa Magaalaa Roobee obbo Nigaatuu Mootummaa waliin
1:06:09
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 72 М.
YOOYYAA- "Yeroo Sana.."
39:55
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 11 М.
Caayaa,  Aanaa Gadab-hasaasaatti  galiin Mootummaa lakkoofsa herreegaa nama dhuunfaatti galuun...
1:04:10
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 44 М.
ЖВАЧКИ!!!
0:47
Li ALINA
Рет қаралды 4,7 МЛН
Дымок или Симбочка?? 🤔 #симба #симбочка #mydeerfriendnokotan
0:19
Симбочка Пимпочка
Рет қаралды 2,5 МЛН
La emociones de Bluey #歌ってみた #bluey #burrikiki
0:13
Bluey y BurriKiKi
Рет қаралды 20 МЛН
Что делать если закрыли на балконе
0:31