No video

"Abbaa Dhabuutu daandiitti na baase" Abdii fi Raajoo Shubbistoota Naqamtee

  Рет қаралды 116,847

Risaa Media

Risaa Media

10 ай бұрын

Пікірлер: 485
@amarechtato9964
@amarechtato9964 10 ай бұрын
ዋው ገመዳ ሾ በጣም አመሰግንሀለው እኝን ልጆች ሳይ ትንሽ የሚረዳቸው ሰው ቢኖር ብዬ ሳስብ ነበር እግዚአብሔር ይስጥህ ገና ለብዙ ሰዎች በር ትሆናለህ ተባረክ👏👏
@zenithbantuubantuu465
@zenithbantuubantuu465 10 ай бұрын
Seenàani Da'imaa kana bayyee keessa koo midhee 😢😢Waaqayyoo seenaa nama geeddaraa guddaadha❤
@mariabanti9114
@mariabanti9114 10 ай бұрын
Amazing History,l appreciated them,they are Soo strong children really, thank you for bring them
@user-ik9bl3zt4c
@user-ik9bl3zt4c 10 ай бұрын
❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💞💞💞💞💞💞❤️❤️💯💯💯💯💯💯MASHII MASHIIA
@FtFyh-fg7iv
@FtFyh-fg7iv 10 ай бұрын
wow በጣም ደስ የሚሉ ልጆች ጎበዞች በርቱ
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 10 ай бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤
@obsanwarrooman658
@obsanwarrooman658 10 ай бұрын
❤❤❤❤❤🎉🎉😢😢😢
@YadiiJam
@YadiiJam 10 ай бұрын
They are so good and talented z generation of Oromumma. YES ONE LOVE OROMO PEOPLE
@BahariTajudinHassenBahari
@BahariTajudinHassenBahari 3 ай бұрын
Jirenyii ilmaa nama isaa kan dhagaa bachiftii . Kan dhadhaa nyachiftii.❤❤❤
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 10 ай бұрын
Kiristoos Hadhaa fi Abbaa isniif Hatu🤲☝️💔💔 Translate to English
@fuggug3290
@fuggug3290 10 ай бұрын
Namatii tolaa
@queenzuzu710
@queenzuzu710 10 ай бұрын
raabbiin isiini haa guddisuu booruu edoo guddaa akkaa geetaani Abdii guddaani qabaa Dr Nafyad hedduu galatomii ijoollee kana garaa sociel media irraa fiduu keetifi amazing new genertion😍😍😍😍😍
@derejetamiru3479
@derejetamiru3479 10 ай бұрын
Amazing guests.Keep it up❤
@beteleshifarra5378
@beteleshifarra5378 10 ай бұрын
Inn seena geedaruu dhiihoo jiraa uuffeen kan akka waaqayyo kana jiraarreera inno garaa lafeessa isa gaatame barbaada uuuuu ulfaadhu waaqayyo wan kichoota kan kanaf abbaaf haadha taatee guddisa jirtuuf❤❤❤😭😭😢🙏 Ellaa waaqayyo gaafa sii mul'isuu barbaadu rakkina guddaa keessatti si ilaala❤❤
@yesuusgooftaa266
@yesuusgooftaa266 10 ай бұрын
Waaqayyoo galmaan isin haa gahu biqiltuuwwan ofi🙏🙏🙏❤🤍🖤🐅🐅🐅🐅
@beteleshifarra5378
@beteleshifarra5378 10 ай бұрын
Wow namota gurgurdoota keenya ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ uuffeen umphaaa umphaaa ijoollee qiimam nan❤❤❤
@tegeneasefa112
@tegeneasefa112 10 ай бұрын
Gammee dhugaa waaq ijoolleen kun ijoollee ajaa'ibati! wow🙏
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 10 ай бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤
@bashat5742
@bashat5742 10 ай бұрын
Jajabduu ijoolee jabadha ❤waqqayyo namaa abbafi hadha sinii ta'uu siinf haa kennu
@teshiteambo6669
@teshiteambo6669 3 ай бұрын
Qaali waanko nuuf guddadha ijoolle biyyako waaqaayyo issin aguddisu❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉❤❤❤
@user-wi1tc1yi4s
@user-wi1tc1yi4s 10 ай бұрын
Wowww bayyee bareedduu dhugaa ijaara
@takitiobaraa8107
@takitiobaraa8107 10 ай бұрын
Namni hudunu rako arku male baloti bahu😭😭😭❤❤❤
@UrjiiTube-lc1lo
@UrjiiTube-lc1lo 10 ай бұрын
Waqii Urmii Hisanii Dheresinaa Aboo Wanii Dubadhuu Dhabee Na Jiradhaa Akanaa Mucaa Kanaa Jajabesuu Kessanii 🙏🙏🙏🙏🙏🙏👉💚💚💚
@fayera100
@fayera100 10 ай бұрын
Nice as usual🤟
@musxafaaahmadoo6500
@musxafaaahmadoo6500 10 ай бұрын
wow Amazing 🥰🥰
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 10 ай бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤
@slve2745
@slve2745 10 ай бұрын
Wow amazing
@drfeyissa228
@drfeyissa228 10 ай бұрын
Gammee mucaan daa'ima mana barumsaa galche nama guddadhaa! Gammee sana osoo dhiyeessite. Osoo halli hin mijatiin nama daa'ima karaarraa fudhee mana barumsa galche.
@ganniichannel6519
@ganniichannel6519 10 ай бұрын
❤❤www raabbiin isiini haa. Guddisuu.uuphaa
@misraali9676
@misraali9676 10 ай бұрын
so talented 👏 👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏
@muhabaabshiru7061
@muhabaabshiru7061 10 ай бұрын
🌷🌹❤️❤️💔💔🙏
@ashrafmajali7422
@ashrafmajali7422 10 ай бұрын
Wowww❤❤❤❤❤❤❤❤
@yersnbera5067
@yersnbera5067 10 ай бұрын
Wowow amazing thank you so much
@BahariTajudinHassenBahari
@BahariTajudinHassenBahari 3 ай бұрын
Jirenyii ilmaa nama isaa kan dhagaa bachiftii . Kan dhadhaa nyachiftii.
@shafikadir1205
@shafikadir1205 10 ай бұрын
Exccellent ❤❤❤❤❤
@ProudEthiopia
@ProudEthiopia 10 ай бұрын
ስያምሩ❤ በርቱ👏👏👏👏
@ilubko8609
@ilubko8609 10 ай бұрын
So sweet ❤️❤️
@arsiitoo7120
@arsiitoo7120 10 ай бұрын
😭😭😭😍gaaraa nama nyaatuu
@Abdi6119
@Abdi6119 10 ай бұрын
Thank you brother Amanuel & Gammada
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 10 ай бұрын
❤❤❤ skills attitude Galatoomii hayyuu humna beekuutuu dhaloota humna eeguu barsiiftan duutis Gaaddisaa Gaaddisaa Biyyaaf
@habibamudiin3459
@habibamudiin3459 10 ай бұрын
ijollee naqamtee koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@daughteroftheking3220
@daughteroftheking3220 10 ай бұрын
Wowww bayee sinjaldhaa ijolee oromokoo. Nuuf waga kumma jiradhaa bayeee sinitee bonaaa. 😍🥹🌳
@alberteinstein9034
@alberteinstein9034 10 ай бұрын
OMG sweet sweet gudaada
@TollasaAshu
@TollasaAshu 10 ай бұрын
Jabadha milkaa galama milkii keesati of argaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@genetgenet3548
@genetgenet3548 9 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤waqayyoo isiin haa gudisuu sinbowaan oromiyyaa dhalotaa qubbee ijaa hamtuu isiniraa haa qabuu😢
@ephremdeseaofficial163
@ephremdeseaofficial163 10 ай бұрын
Waaw amazing
@oromiyaabiyyaakoo9715
@oromiyaabiyyaakoo9715 10 ай бұрын
Wow wow gudaadha bakka yaadanii gahaa
@tirunehrebuma9509
@tirunehrebuma9509 10 ай бұрын
Gammee keenyaa. Appreciate
@aminaaaami6494
@aminaaaami6494 10 ай бұрын
oromookooqaalii love arsiikoo Qaalii onee tiyaa jitaa ifamaa sijevaa ❤❤❤🎉🎉
@marimagudato5952
@marimagudato5952 10 ай бұрын
absolutely amazing young man 😢 yaa oromo teyya ❤❤❤😢😢😢
@brtukanjote6928
@brtukanjote6928 10 ай бұрын
Wawwwwuuuuuu ijoolleee Kun bayyee gara nama nyaatu uufff keessaatu isaa Abba fi hadhaa irraa gargaari ba,ee jiraachaa jiruu Kun🎉🎉🎉 💔💔💔💔💔❤️💚❤️💚❤️💚
@jamilaaoromiyaaarsii7021
@jamilaaoromiyaaarsii7021 10 ай бұрын
galatomaa nu fidduu kessaanifi 😢💜💜💜💜
@Abdi6119
@Abdi6119 10 ай бұрын
Wow amazing talent 🎉🎉🎉
@kera66
@kera66 10 ай бұрын
Gammee waan bareedaadha Oromiyaa keessaa gola hundaa seenii ijoollee akkana ta'an mediaf nuuf dhiyessii jabadhu❤
@pincode2821
@pincode2821 10 ай бұрын
Waqayyoo bakkaa yaddan hundaa isiin haa ga'uu ijollee biyyakoo jabadhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@danakilview9356
@danakilview9356 10 ай бұрын
I am from United Kingdom and this is hilarious
@BahariTajudinHassenBahari
@BahariTajudinHassenBahari 3 ай бұрын
Wow nice great man like
@sinbonee5701
@sinbonee5701 10 ай бұрын
Wwwwww ebbifamii amoo waqaayyoo saa ebbisu
@tadeleabera6771
@tadeleabera6771 10 ай бұрын
I'm proud of you Gamme
@user-kn8gc8kg8s
@user-kn8gc8kg8s 10 ай бұрын
Eyyeno ufff afaan keessaa bayyee miyya'a rabbii sin ha guddiisu
@bontudegefa2725
@bontudegefa2725 10 ай бұрын
Woow ijoolee kenyaa jabadhaa
@FayisaTamasgen-y3m
@FayisaTamasgen-y3m 12 күн бұрын
Wow jabadha
@user-yf4fj6nj4k
@user-yf4fj6nj4k 5 ай бұрын
Ajaa'iba jabaadha kan har'a biyya kana gaggeessa jiran daa'immaan kaleessati daa'immaan har'a boruuf haa kununsinu
@IFIINBEEKA
@IFIINBEEKA 10 ай бұрын
❤❤❤❤olguddattu koo
@faarffannaaafaanoromoo908
@faarffannaaafaanoromoo908 10 ай бұрын
Woow 🙏🏻🙏🏻🙏🏻
@haneyabdela6609
@haneyabdela6609 10 ай бұрын
Well done young man we’re proud of you 🎉🎉keep it up ❤❤❤
@DursituuutalaaArsii
@DursituuutalaaArsii 10 ай бұрын
Rabiin sii haa gudisuu kichuu ko😢❤️❤️❤️🥰
@binabdallahhamid2930
@binabdallahhamid2930 10 ай бұрын
Congratulations gammada heduu Glt ❤️💞💕💓💓💖💞💕💓
@dnkjesusislorddnk1130
@dnkjesusislorddnk1130 10 ай бұрын
Woow qaxaaleewwan ijoollee guddaadha hamtun isin hin argin ❤😊
@MakiyaOromo-tf9cf
@MakiyaOromo-tf9cf 10 ай бұрын
Iijolee abdii biyaa nufii jiradhaa😍😍😍💯💯❤❤
@brtukanjote6928
@brtukanjote6928 10 ай бұрын
raajinaafn immoo yemmuun haasa,uu afaan oromoo bayyee nati tolaa hin cabaaqaa ❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚👏👏👏👏👏👏👍💋💋
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 10 ай бұрын
GAMMADAA SHOW IJA OFI DHAGAYUU DR DARAJJEE DHUGUMAA HUMNI DHAGEEFFATU ONNEE GAADDISAA UMMATAAF HAADHAGAYUU GURRIIS USTAZRAAYYAA ABBAA MACCAA EEGUMSAA GADAA GABBISAA DEEMSIS INJIFANNOO HAWAASAA
@user-zb2vq6vt2z
@user-zb2vq6vt2z 10 ай бұрын
Waaqayyoo moo sii ganee kinoo olii sii qabee❤
@fathimafathima9147
@fathimafathima9147 6 ай бұрын
Qatalee ijolee biyyakoo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@uaser4331
@uaser4331 10 ай бұрын
So sweet❤️❤️🥰🥰
@KunjuKharj
@KunjuKharj 10 ай бұрын
😢😢😢😢❤❤❤❤❤🎉🎉masha Allah 😊
@leenii694
@leenii694 10 ай бұрын
Uuffee ijoollee kana😢❤
@laliseis-inChrist
@laliseis-inChrist 10 ай бұрын
Big respect to you, King Emi🙏❤
@bbbbjjjj5979
@bbbbjjjj5979 10 ай бұрын
Uuff
@waqayyooabdikootiwaqayyooa9117
@waqayyooabdikootiwaqayyooa9117 10 ай бұрын
Uuufffuu gara koo na nyaata baga waqayyoo rakkinaa keesa si basee❤❤❤❤❤❤❤
@mitikchala955
@mitikchala955 10 ай бұрын
Qaxaleewwan kooo❤❤❤❤jabadha
@muradshow07
@muradshow07 10 ай бұрын
Wow ❤
@yashiyoutube5763
@yashiyoutube5763 10 ай бұрын
Nagaan Waqayyoo manaa kanaaf yaa bayatuu bagaa Nagaan Dhuftaan qaliwaan koo heduu namaatti tolaa wawo nuuf Gudadhaa
@user-hn3xw9ot2k
@user-hn3xw9ot2k 10 ай бұрын
Ijoollee Abdiin Aartiin Irraatti kuufee❤❤ jabaadhaa
@fiqirteguta
@fiqirteguta 10 ай бұрын
Wwwwwwwwwwwwwww dhugaa bayyee namati tola waqayyoo sini walin haa tahu gudadha❤❤❤❤❤❤❤❤
@yoomiigutaa2054
@yoomiigutaa2054 10 ай бұрын
Gamee dhugaa waqayyoo ulfaadhu atti bayyeen sitti gammadee ❤🙏
@fefc2f179
@fefc2f179 10 ай бұрын
Gammada show iddo guddatti egnaa❤❤❤❤
@dansebakeli
@dansebakeli 10 ай бұрын
qalii oromoo jabadhuu
@gamingwitholma6053
@gamingwitholma6053 10 ай бұрын
Gudadhaa. Way to go Gamadaa❤️❤️❤️
@10minute45
@10minute45 10 ай бұрын
Galatoomi Gammee! Gaaftokko na waamimee😢😢
@user-iu2xi6ci3b
@user-iu2xi6ci3b 10 ай бұрын
Galatoomi ijoollee kana dhiyeessuu keetiif
@user-kp4lp4hs3f
@user-kp4lp4hs3f 10 ай бұрын
Thank you brother ❤❤❤❤
@user-lj4qs3lq5o
@user-lj4qs3lq5o 10 ай бұрын
Mashallaah rabbin isin haa qarqaru ❤❤❤❤❤
@Sumayaa183
@Sumayaa183 10 ай бұрын
Bukee jechuni akha Arsiti arbaa akaha wolgtii ho malii😂😂
@iyasuabate4097
@iyasuabate4097 10 ай бұрын
Cinaa jechuudha
@abdibushura5640
@abdibushura5640 10 ай бұрын
Cina / bira/ maddii
@habibamudiin3459
@habibamudiin3459 10 ай бұрын
Yaadaanis Garagarasaan biraa dhabachuu qabnaa inashaa Allaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@abebechbusa4867
@abebechbusa4867 10 ай бұрын
Wow❤❤❤❤❤❤❤❤
@tewodrosabebe5185
@tewodrosabebe5185 10 ай бұрын
Isiin haa guddisuu ijoolee biyyaakoo!😘
@hawahawa2475
@hawahawa2475 10 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@diribagirma4030
@diribagirma4030 10 ай бұрын
Galatoomi Gammee ijoollee kanneen keessummummaa gootee dhiyeessuu keetiif.
@amanuelwondimu4595
@amanuelwondimu4595 10 ай бұрын
Good job Gamada
@AmiraMoti
@AmiraMoti 10 ай бұрын
Wow bayee namatii tolaa❤❤❤
@alanood8132
@alanood8132 10 ай бұрын
Wow ❤❤❤❤❤
@firankorteshome2168
@firankorteshome2168 10 ай бұрын
Gammadaa kuni waan guddadha galatoomii.
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 10 ай бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤
@gemetbulti319
@gemetbulti319 10 ай бұрын
warroonni ol adeemtota kana akka guddataniif ija uummataatti dhiyeessa jirtan hunduu guddaa galatooma!
@mitikuabiyo9099
@mitikuabiyo9099 10 ай бұрын
Gammee 24 abbaa hiyyeessaa....ijoolle guddadhaa!!
@sanayasanaya9347
@sanayasanaya9347 10 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@obseebayyana9999
@obseebayyana9999 10 ай бұрын
Bagaa waqayyo rakinaa kessa sii basse xiqoo koo garaa naa nyatee😢 kararaa bulaa barumasaa baratee ❤❤❤❤
@goorooguutuu7258
@goorooguutuu7258 10 ай бұрын
Woow
@Robsanko
@Robsanko 10 ай бұрын
Wow Ammalle Hedduu Gudadhaa❤️
The BIG Problem with Islamic Banking | Umer Suleman - Muslim Money Talk (Episode 5)
1:19:21
No empty
00:35
Mamasoboliha
Рет қаралды 12 МЛН
WHO CAN RUN FASTER?
00:23
Zhong
Рет қаралды 32 МЛН
Кадр сыртындағы қызықтар | Келінжан
00:16
Dargaggoo Jaalalaan Miidhame
30:18
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 372 М.
Abbaaf Haadhakoo sababa qabsoonin Dhabe!!!
58:46
Qaanqee Show
Рет қаралды 25 М.