“Sirbi Nan Jennaanan Sirbe”

  Рет қаралды 13,719

Risaa Media

Risaa Media

7 күн бұрын

Пікірлер: 97
@zaynaba4355
@zaynaba4355 2 күн бұрын
Dhugaa rabii bee garaa naynatee jabefamuu qabaa jabaa namaa ifajee iraa arguu qabanaa😭😭💔💔💔♥️♥️♥️♥️💚♥️💓💓💓💓
@SeenaEshetu
@SeenaEshetu 5 күн бұрын
Art's Gabii Rabbiin fayyaa fi Umrii dherrettuu sii haa kenuu
@koketiii4830
@koketiii4830 2 күн бұрын
Wow galtomii game namaa jabaa nuu fiidee umriii dheeraa nufii jiradha obo Gabiii ❤❤❤❤❤
@zaynaba4355
@zaynaba4355 2 күн бұрын
Gabii ilmaa dafii safuu bekuu Dhugaa nufii jiradhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤♥️♥️💓💓💓💯👌👌🙏
@ZaraBh-sz6ct
@ZaraBh-sz6ct Күн бұрын
Ammallee isin jaallanna nuuf jiraadhaa❤❤❤
@alexina6405
@alexina6405 5 күн бұрын
Kabajaan siif qaba Obbo Gabii! Hamileen si hin cabiin!
@mimiijalanee7828
@mimiijalanee7828 9 сағат бұрын
Wow baaye das nama jedhuu❤
@shagarrTufa
@shagarrTufa 12 сағат бұрын
Wolahi Lubuun jira hin see,uu namni kun
@abyatarseyoum2769
@abyatarseyoum2769 2 күн бұрын
Keessumoota gudguddaa nuuf dhiheessitani❤❤❤
@wakogemeda
@wakogemeda 3 күн бұрын
I lo❤ve it
@bekikebede7099
@bekikebede7099 3 күн бұрын
Anis Gabii wajjiin university Wollo keessa waggaa 3 waliin turree.Waggaa sadanuu mootii muuziqaa university wollo ture.
@fateahmed3049
@fateahmed3049 3 күн бұрын
Gabi qali umrii dharituu faya walin Rabbi sif hakanuu❤❤❤❤❤
@user-wf3hg6xv9c
@user-wf3hg6xv9c 2 күн бұрын
Namicha Afuufaa shirri isaa irratti hin baramne gammadaa show
@AddisnewsService-xz9me
@AddisnewsService-xz9me 3 күн бұрын
Anis Gabi,Ilma abba caalu si haa godhu
@Amar_Nur
@Amar_Nur 4 күн бұрын
please screen duub kessaan jiruu irraa gotaa kenya nuuf maxxansaa❤ hacceee kenya
@user-wf3hg6xv9c
@user-wf3hg6xv9c 2 күн бұрын
Innumtii diia Achaaluti kalchafa namaa
@helentasew5367
@helentasew5367 3 күн бұрын
Wow nice job 👍
@stargallery2283
@stargallery2283 3 күн бұрын
Baye baye namati toltu dhuga rabii❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@Aman-bekam
@Aman-bekam 5 күн бұрын
Aanaa Ziwaay Dugdaa malee Aanaa Booraa miti! Gabiin Ganda Sheeladiitti dhalate! Kofalee fi Booraan soba!
@ZaraBh-sz6ct
@ZaraBh-sz6ct Күн бұрын
Nuuf jiraadhaa❤
@user-fs4ur6zg7x
@user-fs4ur6zg7x 4 күн бұрын
Mashalaa ❤
@BilkitBirhanu
@BilkitBirhanu 4 күн бұрын
Sijaalanna obbo gabii nuf jiraadhu❤
@mohammedtussa4847
@mohammedtussa4847 2 сағат бұрын
Sirriitin caqasee bayy'ee hundaa keessanu isun irraa.tolee jirraa Galatoomaa
@sultifayiso1079
@sultifayiso1079 3 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤Abbaay ilma,Gabii & Anis
@RahelDane
@RahelDane 4 күн бұрын
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@gedawarriors9000
@gedawarriors9000 4 күн бұрын
What a show gamme ❤
@golichaWako-o9q
@golichaWako-o9q 3 күн бұрын
Imimmaan na boochite gabi
@daratu-ou2wz
@daratu-ou2wz 4 күн бұрын
Atile umuri nuf dheradhu jabaa nama❤❤❤❤
@DirreGirma
@DirreGirma 2 күн бұрын
Dhiifama garuu sinirra beekuu baadhullee haalli maqaan isaa itti barraa'e sirrii natti hin fakkaatu.idao kan jedhu ida'oo natti fakkaata dhiifama yoon dogongore🙏😊
@mareechala7236
@mareechala7236 5 күн бұрын
Wel come ❤
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 5 күн бұрын
Wal come Gammaada 🎉🎉🎉
@Sabonaajiraa
@Sabonaajiraa 3 күн бұрын
Umrii dheradhuu darbii jiradhuu
@orotiktokshow7872
@orotiktokshow7872 2 күн бұрын
Into have changed 😊
@user-lz9eg4qc8o
@user-lz9eg4qc8o 3 күн бұрын
Gabi gaarii dhaa
@shagarrTufa
@shagarrTufa 12 сағат бұрын
Jabefamu qaba gamme dhuga rabi😢
@demetura5227
@demetura5227 3 күн бұрын
Wow wow
@KuwishidBlabla
@KuwishidBlabla 5 күн бұрын
Gara naa balesite 😢😢😢
@Badhaaso
@Badhaaso 4 күн бұрын
Galatooma hundukeessan ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@MatiwosUrge
@MatiwosUrge 5 күн бұрын
❤❤❤
@user-vn1oj1rr5u
@user-vn1oj1rr5u 4 күн бұрын
❤❤❤❤❤
@user-ru4ug7ws4h
@user-ru4ug7ws4h 3 күн бұрын
Kuulsurree or surraa takkele
@AbdisaDereba
@AbdisaDereba 5 күн бұрын
Bayyee garaa boressa Umrii nuuf dheeradhu Gabii edao
@quluceiluu5780
@quluceiluu5780 4 күн бұрын
Umuri Nuuf Dheradhaa Sin Lamanu❤❤❤
@fateahmed3049
@fateahmed3049 3 күн бұрын
❤❤❤❤❤hayoo koo
@user-ir1wy9nd8s
@user-ir1wy9nd8s 4 күн бұрын
Gltaamaai❤❤❤❤❤❤❤
@idosadaniel4336
@idosadaniel4336 4 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤
@fayofayo3010
@fayofayo3010 4 күн бұрын
Wow
@user-me3kp4kf2f
@user-me3kp4kf2f 4 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@user-ru4ug7ws4h
@user-ru4ug7ws4h 3 күн бұрын
Kuulsurree or surraaaa
@KasayeGuder-zx8wp
@KasayeGuder-zx8wp 5 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-uw6ge8zg5h
@user-uw6ge8zg5h 5 күн бұрын
Wel come Back gamme
@getahunkebede5190
@getahunkebede5190 5 күн бұрын
Gammadaa show Guddaa Galatoomaa! Gabiin nama beekadha!
@odaself-defense7609
@odaself-defense7609 4 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@AmiinaAbdallah
@AmiinaAbdallah 4 күн бұрын
❤❤❤❤🎉🎉🎉
@Elemo12
@Elemo12 4 күн бұрын
Nice
@sefujihad1576
@sefujihad1576 4 күн бұрын
Abbaa keenya galatoomi
@DinooAbdella-je3gy
@DinooAbdella-je3gy 2 күн бұрын
Obbo ju'waar Muhammad afeeri
@belayenshbacha3303
@belayenshbacha3303 5 күн бұрын
❤❤❤🎉🎉
@ShurfaJemal
@ShurfaJemal 2 күн бұрын
😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤
@kumamulessa6440
@kumamulessa6440 4 күн бұрын
Best show game
@ademmohammed8135
@ademmohammed8135 3 күн бұрын
Dhugaa nama boochisaa
@fateahmed3049
@fateahmed3049 3 күн бұрын
Game galetomi ❤
@user-ir1wy9nd8s
@user-ir1wy9nd8s 4 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@user-mj9jg5pn8l
@user-mj9jg5pn8l 3 күн бұрын
Abbaa fi ilmaa tatani dhiyaachuni keessan nati tolee dhugaa .Artistii Gabinii ilmaa isaa baadiyaati galchee afaani barsisuuni isaa fi enyumaa sabaa isaa barsisun wani guddaadha.abbootini amaasii ijoollee isaani osoo malumaa bakka ka'umsaa isaa osoo barsisee wani gariidha
@SuluxaniUmari
@SuluxaniUmari 3 күн бұрын
Itiqaa tafarii fidi show waliin taasisi
@fateahmed3049
@fateahmed3049 3 күн бұрын
😢😢😢😢😢
@yohanistariku83
@yohanistariku83 5 күн бұрын
Bagaa nagaan dhuftee
@kumamulessa6440
@kumamulessa6440 4 күн бұрын
🎉❤🎉🎉❤🎉🎉🎉🎉🎉
@ahmedmohammed6329
@ahmedmohammed6329 4 күн бұрын
Amaizing Interview
@Aman-bekam
@Aman-bekam 5 күн бұрын
Hawwaan Obboleettii osoo hin taane Durbii isaati!
@quluceiluu5780
@quluceiluu5780 4 күн бұрын
Maal Rakoo Qaba Obboletidhumaa jedhamti
@bedasakabeta355
@bedasakabeta355 5 күн бұрын
Gabii jirtaa??
@golichaWako-o9q
@golichaWako-o9q 3 күн бұрын
Imimmaan na booche sirbi kun
@user-ru4ug7ws4h
@user-ru4ug7ws4h 3 күн бұрын
Kuulsurree ykn surraa itti nuuf aansi bro
@FgFg-cn2tx
@FgFg-cn2tx 4 күн бұрын
Lakki shekuseni hin amanu hin jalanu
@aanaamohamed3067
@aanaamohamed3067 3 күн бұрын
7:29 7:32
@fateahmed3049
@fateahmed3049 3 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂
@user-vr2ng1pt8t
@user-vr2ng1pt8t Күн бұрын
Sirba kana yeroo darbee heeddu dhaggeeffachaan ture
@user-lz6cs4ws1j
@user-lz6cs4ws1j 4 күн бұрын
Sirribich heduu namatii tollaa
@muwaykibak5835
@muwaykibak5835 Күн бұрын
anis nan booya yoon dhageeffadhu
@fateahmed3049
@fateahmed3049 3 күн бұрын
Kkkkk godariti godanite nujala😂
@aberakenea2528
@aberakenea2528 4 күн бұрын
Gammee maaltu wil wil wil sii godhaa tasgaaba'ii dhageefadhu nama akkasii irraa seenaa heduu baraachuu dandeenya ati garuu isaan caalaa odeessitaa please cool down!
@quluceiluu5780
@quluceiluu5780 4 күн бұрын
😂😂😂
@user-tt8em1be2d
@user-tt8em1be2d 3 күн бұрын
Kkkk baayyee isin jaalanna
@Aman-bekam
@Aman-bekam 5 күн бұрын
Jaalalaan sun sirba Tuujii Muddee mitii?
@SeenaEshetu
@SeenaEshetu 5 күн бұрын
Dogogoruu danda'aa irra darbaaf
@Aman-bekam
@Aman-bekam Күн бұрын
@@SeenaEshetuok
@SuluxaniUmari
@SuluxaniUmari 3 күн бұрын
Ani kan gaafii natti tahe suufa torbaaniin bitta moo nikireysita bro naaf deebisi
@ashamohammed7845
@ashamohammed7845 2 күн бұрын
Ahh Abbaan eegee dhabee, komii saa ibsate, Pls, anis waan inni sirra barbaaduu isa gaafachuu, of cinaa si dhabuu hin fedhuu waan taheef irra hin fagaatiin….
@keyronmediaentertainment
@keyronmediaentertainment 5 күн бұрын
Gabii Eda’ootiif Tuujii Muudee sirba jaalala jedhu walitti hojjatanii? Sirbichi Kan Tuujii Muudee ta’uu ni beeka.. ta’us Sagaleen isaanii wal fakkaata
@Banki-tx7xi
@Banki-tx7xi 4 күн бұрын
Artist Gabii Eda'oo kan dhalate Godina Arsii Aanaa Zuway Dugdaa Ganda Sheelad yeroo Ammaa Sheelad Gotoo jedhamuuti dhalate garuu Jaarsichi Gandaafii Aanaa itti dhalate maaliif waakkata? Aanaan Booraa Maqiidha/Shawaa Bahaati. Gandi inni itti dhalatee fi Weellisaa Badhaanee Burqaa/Ampuulii Tiyya jedhuufi Bashiir Huseen kan Gaardii jawaar ture ganda takkatti dhalatan. Akka dhagahaa guddannetti seenaa hamtus ni qaba sanuu karaa haadha isaaniitiin.
@ZaraBh-sz6ct
@ZaraBh-sz6ct Күн бұрын
Maalture seenaan harme isaa .
@user-vi1tp3qw2g
@user-vi1tp3qw2g 5 күн бұрын
@FatmaShiaf
@FatmaShiaf 5 күн бұрын
❤❤❤❤🎉🎉🎉
@user-ir1wy9nd8s
@user-ir1wy9nd8s 4 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@golichaWako-o9q
@golichaWako-o9q 3 күн бұрын
Imimmaan na booche sirbi kun
@SuluxaniUmari
@SuluxaniUmari 3 күн бұрын
Ani kan gaafii natti tahe suufa torbaaniin bitta moo nikireysita bro naaf deebisi
Khó thế mà cũng làm được || How did the police do that? #shorts
01:00
КАРМАНЧИК 2 СЕЗОН 7 СЕРИЯ ФИНАЛ
21:37
Inter Production
Рет қаралды 493 М.
OMG😳 #tiktok #shorts #potapova_blog
00:58
Potapova_blog
Рет қаралды 4,3 МЛН
Waanan Mootummaa mormeef Muumichi Ministeeraa na badhaase!!
47:00
Qaanqee Show
Рет қаралды 31 М.
Sagantaa addaa RiBUU Generation
8:20
RIBUU GENERATION
Рет қаралды 13 М.
Qophii Caayaa: Kantiibaa Magaalaa  Shaggar -  Dr. Tashoomaa Addunyaa waliin taasifame
1:06:50
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 57 М.
ForX :Qophii Qorii June 18,2024
21:09
ForX Entertainment Media
Рет қаралды 25 М.
መንሱር ጀማል እውነቱን አመነ28 June 2024
1:21:48
DIVINE SHOW WITH PASTOR SOFANIYAS MOLALIGN ABEGAZ
Рет қаралды 53 М.
Mana Mare  Bakka Bu’oota Ummataa walgahii idilee 36ffaa Kutaa 1ffaa
2:14:38
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 21 М.
ጃዋር የመራው ቄሮ የለም!                                                ቤተልሔም  ታፈሰ
1:00:01
SUBI Time | ሱቢ ታይም
Рет қаралды 86 М.
Did you believe it was real? #tiktok
0:25
Анастасия Тарасова
Рет қаралды 34 МЛН
DESAFIO IMPOSSÍVEL! #trending
0:13
O Mundo da Ágata
Рет қаралды 13 МЛН
37.First Day as a Zombie💀
0:32
Limekey0
Рет қаралды 41 МЛН
THE POLICE TAKES ME! feat @PANDAGIRLOFFICIAL #shorts
0:31
PANDA BOI
Рет қаралды 23 МЛН
Вор в законе заступился за официантку  ...
0:59
Сериалы 🍿
Рет қаралды 9 МЛН