Seera haaraya mootummaan baase ka qabeenya namaa fudhatu.warra seeraa ala mallaq horatan.mana ijarat

  Рет қаралды 25,155

abdu mobilapp

abdu mobilapp

Ай бұрын

Пікірлер: 140
@bedriaalii5417
@bedriaalii5417 Ай бұрын
Yaa Rabbi misikinaa Akka kiyya fi fakkattottaa akkaa kiyya Mirgaa Kenya dhabuu Wagga 10 olii manaa madamii kessatti luqaanee itti bane yaa illahi mirgaa Kenya dhabuu 😢😢😢walhi ni ulfataa dubii kuni Mee like tuqaa warii manaa madamii 😢
@makiama9561
@makiama9561 Ай бұрын
Dhugââ jeete😢
@user-kk5gk4mo1z
@user-kk5gk4mo1z Ай бұрын
wlh dhuga jete numa hundatu araba madamifi ifana jera dadenye ojetane ama dhabudha anile refani dhufe wa qabu oboletidhuma tiyafi yada,e male kajn biya ormati idimesa ganama fixe ka,e dhabuni baye ulfatadha rabini namuma hundafu ha birmatu isatu bekadha furmata ini ha ka,u wayo wayo
@user-nw1yp7jr4f
@user-nw1yp7jr4f Ай бұрын
Wollay dhugaadha ayyii carraa kennaa malumaa kennaa tannaa yaa rabbii nuu birmadhuu yaa allaah
@Makiya-hw8gc
@Makiya-hw8gc Ай бұрын
As wrwb abduu cometii kiyaa kanaa mee dubisisi ani ergaa biyaa bayee hardhaa waggaa 13 wly waggaa 5 dalagee akumaa namaa tokotii mana ijaradhee yeroo ni galee jedhuu Abba manaa koo taa biraa kesatii gafatee galaa koosi dhisee takaa jedhee jirenyaa haraa egalee hardhaa kunoo waggaa 7 maree yoo serichii hojii iraa olee anii humanaa kosii jirenyaa kosii qabenaa kosii hangaa amaa biyaa namatii urmii koo fixee hundaa dhubuu kotii jiradhee sani arguu ifii foqii sadarakaa 5 dalgaa achumaraa ofii gataa malee lamaa samamee jirachuu hin fedhuu uuuuuufi yaa rabbii 😢😢😢😢😢
@user-ig4jd9gp3x
@user-ig4jd9gp3x Ай бұрын
​@@Makiya-hw8gc😢😢😢
@genetadugnaa1714
@genetadugnaa1714 Ай бұрын
Yaa ilmaa namaa jireenyaa addunyaa kanaaf bayyee ni dhiphaatina waantaa siinii yaddessuu waaqqaayyoottii keenaadha ni fixaa siif basaa waaqayyoon obsaa nuuf haa laatuu
@BirahuuDiroo
@BirahuuDiroo Ай бұрын
Motumaan Biyyaa biraa karaa umaanii ittii guddatuu karooraa basaa kan biyyaa kenyaa garuu kan guddinnaaf xiqqeessuuf karooraa basaa 😂😂😂😂😂😂😂😂
@makiama9561
@makiama9561 Ай бұрын
maa kolfiita ree?kkkkk 😒🙄😏 yaada abiyi kan Rabbii dhugââ hin godhani yaa Allaah
@Johara-oz8hh
@Johara-oz8hh 29 күн бұрын
Dhugaa jette Wly
@SofiaAd-ki3nc
@SofiaAd-ki3nc 28 күн бұрын
𝒀𝒆𝒔 𝒌𝒂𝒂 𝒂𝒎𝒂𝒃𝒂𝒂 𝒏𝒊𝒊 𝒈𝒖𝒅𝒊𝒊𝒔𝒂 𝒌𝒆𝒏𝒚𝒂𝒂 𝒉𝒊𝒏 𝒔𝒂𝒎𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂 𝑨𝒋𝒂𝒃😢😢
@SofiaAd-ki3nc
@SofiaAd-ki3nc 28 күн бұрын
​@@makiama9561𝒂𝒎𝒊𝒊𝒊𝒊𝒊𝒊𝒊𝒊𝒏
@caaltuutolaa3889
@caaltuutolaa3889 Ай бұрын
Dhugaa Waqaa anuu sodaa hamaa kechaan jiraa. Gabaa gurachaanani ergaa turee.Namni akka kiyaa ciinqaamee meqaa kamituu jiraa lataa? 😭😭😭
@user-qu8ms7hm8l
@user-qu8ms7hm8l Ай бұрын
Hundii keennaa sanumaa
@ZaraBh-sz6ct
@ZaraBh-sz6ct Ай бұрын
Ittiin hojii banadhu dafii .😅😢​@@user-qu8ms7hm8l
@Thayba-pd6bb
@Thayba-pd6bb 29 күн бұрын
Abshiri Rabbii si haa nyaachisu 😢
@user-xx2pb6un1g
@user-xx2pb6un1g Ай бұрын
Abiyee biyaa jirtuu santii naa fudhuu baayee sii jalaldhaa baayee sii kanajaa ❤❤mee. Namnii akkaa koo abdii baayee isintii toluu ❤onnee naa kenaa pilsii oromoo koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@carcarorotube0984
@carcarorotube0984 Ай бұрын
@user-xx2pb6un1g
@user-xx2pb6un1g Ай бұрын
Thank you ❤ my brother❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉👏👏👏👏👏🥺
@abrasedeme3153
@abrasedeme3153 Ай бұрын
Mootumaa kan Rabnii dhabama isaa yaa kenuu 😢😢😢😢😭😭😭
@user-eo9il4lu8c
@user-eo9il4lu8c Ай бұрын
Yaa,abduu jiradhu,atii,duubbiin kee,hudinuu,dhugadha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@MofedaM-lb4dy
@MofedaM-lb4dy 27 күн бұрын
Dhugaadhaa rabiin sibiraa hadhbauu oblsaa qallii❤❤❤❤❤❤❤
@makiyahaji2923
@makiyahaji2923 Ай бұрын
Yaa Rabbii seeri baaye kiiw kiiw nama godhee lafaan nama dhahuun Ammakaa Dhugaa Rabbii yoo dhugaan seeri amma bayee kun hujii irraa oole baay'een namaa gara mental hospitalaati galuun hiin hafuu shakii malee . Wollaahi nama soddaachiisa Rabbiin waan sodaatamu huunda nuhabasuu. Ani manakoo karama seeraattiin bitadhee ulagaa seeraa huunda guttee Alhamdulillaah . Garuu meeqattuu barahaa biyyaa namaatifii mana namaattii gubattee yoo seeraan ala ta'ee dhabuuf ta'aa yaa Rabbii Rahmata nuuf godhi Galatoomi Abdu.
@caaltuutolaa3889
@caaltuutolaa3889 Ай бұрын
Bagaa dhuftee Abduu🥰
@chaltudame8347
@chaltudame8347 Ай бұрын
Baga nagan dhufte Abdu
@demyethio24
@demyethio24 Ай бұрын
Waaqayyoo adarakee nafi dhabadhu nugarigarii
@Johara-oz8hh
@Johara-oz8hh Ай бұрын
لا إله إلا أنت سبحانك إني كنت من الظالمين
@nagayotuulaa1816
@nagayotuulaa1816 Ай бұрын
❤osoo seerri dalagarra oolee maalif hooggantoonni WBO hidhaa keessatti shaman kan manni murtii bilisa godhe. ❤poolisiin seeran malee maaliuf na ajjeesa.? ❤waraanni ittisa biyyaa maalif qabeenna biyyaa saamee nama ajjeesa.? ❤itiyoophiyaa keessatti seera jechuu hoogganaadha jechuudha. kan dalagu aangodha malee seeraa miti. ❤waan itiyoophiyaa keessatti deemu yoo beekuu barbaadde. nama siyaasaa tayuu si hin barbaachisu. mammaaksi oromoo >nama waan nyaatu beekan waan hagu hin wallaalan< ❤abdu galatoomi xiinxalla bayeessa kennite🙏
@SomoIya-qh7jz
@SomoIya-qh7jz Ай бұрын
Yooyaa gootoota Oromoo 🙏🙏💪💪😍😍🥰🥰💖💖💞💞❤️❤️💕💕👍💯☝️
@user-jl1kx4xf7d
@user-jl1kx4xf7d Ай бұрын
Galaatoomii dhugaa rabbii
@Suusiyye
@Suusiyye Ай бұрын
Sila maal himtan yaa rabbiii nu laafissii wagga meeqa kushiinaa araaba xaragutti jirra 😢😢 waan silaa nu dubbachu feenu atu fixxee yaa abduu keenna seeraa kamtu jira biyya san kessa shiraan qabeenyaa nu saamu deeman ...
@Johara-oz8hh
@Johara-oz8hh Ай бұрын
حسبنا الله ونعم الوكيل
@allaahkariimqwe9442
@allaahkariimqwe9442 Ай бұрын
yes seraa gariidhaa Abiichuu may king ❤❤❤❤🥰🥰🥰👍👍👍👍
@siifanbdi8495
@siifanbdi8495 Ай бұрын
Dhugaa jete 🙏🙏🙏🥰🥰
@ZobaydaZobayda-kj8dw
@ZobaydaZobayda-kj8dw Ай бұрын
Gaalatomii Nuufi Jiiradhuu Abdu
@ganatitana7722
@ganatitana7722 Ай бұрын
Dhugaa jetee Abdu ❤
@user-gj6rc9jt9u
@user-gj6rc9jt9u Ай бұрын
Bagaa nagahaa dhuftaan
@user-rs4zd2lg7o
@user-rs4zd2lg7o Ай бұрын
Abo Abiyi fi Namoni 🇪🇹Ethiopian Tana marra kisa kanyadha Ani hin godhadhu Ethiopia jachu Tana nh jibisasa dhuga
@nasirjamaalnasirjamaal1506
@nasirjamaalnasirjamaal1506 Ай бұрын
Fayaa taa ii abdoo waan ajibaatii
@hhi4562
@hhi4562 Ай бұрын
Yes ❤❤
@fatewake2940
@fatewake2940 Ай бұрын
Dhugaa keetii Abdu rabbii nagaya haa buusu
@CxBaha-lp1ns
@CxBaha-lp1ns Ай бұрын
Yaaaaa Rabbii irkoon keenna sihii Yaaaaa Allaah 😢 حسبنا الله ونعم الوكيل لا حول ولا قوه إلا بالله
@sawsaw8079
@sawsaw8079 Ай бұрын
Keeyirimaafii inshaallaa
@MofedaM-lb4dy
@MofedaM-lb4dy 27 күн бұрын
Motumaanii kenyaa wanii isara maluu dhisee wanii israa himaalee hojataraaa
@AbdusamadAhmad-sj1ei
@AbdusamadAhmad-sj1ei Ай бұрын
Dhugaa keetii. ❤ hayyu kenya❤❤❤❤
@abdulhamiidmahammad7719
@abdulhamiidmahammad7719 Ай бұрын
😢dura nagayatu dursa biyya nagaya qabdutu waan diinagdeefii daldalaa haasaya
@ZobaydaZobayda-kj8dw
@ZobaydaZobayda-kj8dw Ай бұрын
Yaa Rabii Naga fiidii
@user-kk5gk4mo1z
@user-kk5gk4mo1z Ай бұрын
uuuuuffffff malo ya rabiii nu gatiin male kuni bayee ulfatadha wlh rabin furmata ha kayu male
@zeharazehara9372
@zeharazehara9372 Ай бұрын
well come
@HasanJamaal-gt6kb
@HasanJamaal-gt6kb Ай бұрын
Assallaammu Aleeykum worhmatullaah wobrakatuu lakkofsa kee kan bilbil naa keni mee habibii
@KaalidSarabo
@KaalidSarabo Ай бұрын
Aboo an Re, ee nama egee horaadhe garuu gabba gurchaan ergadhe😢😢
@ummiisufiyaan5554
@ummiisufiyaan5554 Ай бұрын
dhugaa keeti abduu qaalii keenya
@SulymanAli-qf1vy
@SulymanAli-qf1vy Ай бұрын
abdu me raqama ke na maxasi habibi kiya ati dhuga samun ke bilshatadha dhugaa ❤❤❤❤❤
@bilisumaahajjjelan7963
@bilisumaahajjjelan7963 Ай бұрын
Dhugaa.keetii ✅✅✅✅✅👋
@Muhibu-gc4sc
@Muhibu-gc4sc Ай бұрын
Ok❤❤❤
@susiyesusiye
@susiyesusiye 26 күн бұрын
'Nama yaaddeessa
@misooorotube20
@misooorotube20 Ай бұрын
Ok galtomii Abdul kenyaa ❤
@SadiyaBadhaasoo
@SadiyaBadhaasoo Ай бұрын
😊😊😊😊😊
@DireeWodajo
@DireeWodajo Ай бұрын
Gaalatoomii yanii kee namaa tasgaabesaa 👌
@ShamiyaaAbdi
@ShamiyaaAbdi Ай бұрын
Akkaataa lafaa irraa tti lee nuuf ibsaa isin mee rakkannee lafaa seraa qabu fi akkami tti bitanaa rakkoo hangaatu dhugaa nuuf ibsaa abduu rabbiin jedhii worii hin bitanii rakkannee
@fatikadir3671
@fatikadir3671 Ай бұрын
Rabbumti nuf birmaatu
@mzeOmer
@mzeOmer Ай бұрын
Kuma shan ol jedhame tureyu male ani yero san biyya kessa ture kuma diidam guddayyu
@AbasShekhAman
@AbasShekhAman Ай бұрын
wallaahi Ethiopia keessatti Karoora saamichaa malee karoora ummata ittiin guddisan eessattis hin baasan
@user-eh8sg9zz7x
@user-eh8sg9zz7x Ай бұрын
wel came❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-qu8ms7hm8l
@user-qu8ms7hm8l Ай бұрын
Dhugaa bayyee yaada jiraa wallaahi namaa hedduu manaa irraa fudhaama jedhaan nanoo arsii itayyaa hagaa jiaa lama keenaniifii wallaahi yokkii hin fudhatamaa yokii hin dhifamaa jedhaan deemaan😢😢😢😢
@bilisumaahajjjelan7963
@bilisumaahajjjelan7963 Ай бұрын
Welcome ❤ 💚 Abdu ❤💚👋😁
@Orotube-oq5si
@Orotube-oq5si Ай бұрын
Abduu keenya Mee jidduu dhaan you tube verify naaf ta,uu didee Akkamitti veryf godha
@bestebeste2053
@bestebeste2053 Ай бұрын
🥰🥰♥️♥️♥️🥰🥰
@hhi4562
@hhi4562 Ай бұрын
Lenchaa kenaa ❤❤❤❤❤
@user-gz5eh6ne7l
@user-gz5eh6ne7l Ай бұрын
Rabin aby nurahakkaassuu inshaallaa oso seerii jirate ilmi nama dhumaa ola hin motummaa hinjiru 😂😂😂😂
@Kadirjamale
@Kadirjamale Ай бұрын
Abdii rabumaa jirrtaa
@AguareeAgua
@AguareeAgua Ай бұрын
Yaa rabbii koo birii gaaba guurachaa hafee tananii dubii badee kaa 😭😭😭👈ano birii wagaa takaa qabaa akkamitii eergadhaa kaa ama 😭😭☝️🙈
@user-yy5re7ei4f
@user-yy5re7ei4f Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@user-vv6go2iz9d
@user-vv6go2iz9d Ай бұрын
Abiiyi samaa jedhe jetaa afanumaa gutate yotubi daldalachun wan biraa sobun malif barbachisee hatotaa
@haayatifatiyaa
@haayatifatiyaa Ай бұрын
Motumaa kanaa raabbii dhabamaa isaa Haa godhuu walahii mee maaliif biyyaa amabaa nama ofare
@alammelke_tube
@alammelke_tube Ай бұрын
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@obsetube730
@obsetube730 27 күн бұрын
Abduu dhugaa galatoomi baayee rifadheyuu wogaa 12 biyaa arbaa keessaa turee garuu waan kani tikitok iraa dhagehe baayee refifadhee yaa mootumma ka
@nasirjamaalnasirjamaal1506
@nasirjamaalnasirjamaal1506 Ай бұрын
Biyaa arabaa badiyaa kesaa demnee ijaraanee rakoo jabaa
@MofedaM-lb4dy
@MofedaM-lb4dy 27 күн бұрын
Abiiyii qabeenyaa nammaa qequu dhisee namotaa aka kasalatii gubamnii furamataa tokoo hin keninee qabenyii namahoo isaa higubaa lubnin nammaa iass higubuu
@mafa2217
@mafa2217 Ай бұрын
Rakkanee sanyii nyaanee jedhee namichi😢😢
@haayatifatiyaa
@haayatifatiyaa Ай бұрын
Zalimaa kanaa kunii ijoleyuu hin gahuu😢😢😢😢😢
@nasirjamaalnasirjamaal1506
@nasirjamaalnasirjamaal1506 Ай бұрын
Abiyi rabii nuuraa hadarbuu
@ZobaydaZobayda-kj8dw
@ZobaydaZobayda-kj8dw Ай бұрын
dhuuga Jeete Abduu
@user-wi8gm2ip2n
@user-wi8gm2ip2n Ай бұрын
dhugaa ketii Abdu gafii namatii taa 😔😥
@oromiyaabiyyakoo2260
@oromiyaabiyyakoo2260 Ай бұрын
Dhugaa keetii 😭😭wahi etee
@muhamdhajihaji4973
@muhamdhajihaji4973 Ай бұрын
Dhugaa ketii
@MasratNuse
@MasratNuse Ай бұрын
😭😭😭❤❤❤
@NuriyaAdem-zk9dc
@NuriyaAdem-zk9dc Ай бұрын
😢😢😢
@FoziiFozii-ty2xq
@FoziiFozii-ty2xq Ай бұрын
Yaa abduu nutii warii biyaa arabatitiu gubanee mali malii
@AbabilAsledin
@AbabilAsledin Ай бұрын
Abduljabar kun waanta sirrii mitti nuraa dhabachuu qaba
@Johara-oz8hh
@Johara-oz8hh Ай бұрын
Abiy arra fitti ka'e yoo ka mootumman isaa shaaramtee hin shuumamne jiraate inshaa Allah hayyama rabbiitiin karoorri kun galma hin gayu Wly yoo rabbi rabbi tahe😭😭😭☝️☝️🤲
@ZakirNazif-fq6mn
@ZakirNazif-fq6mn Ай бұрын
Rabbiin rabbumaa Isa kanarratti bartamo akam jechuudha kun Isa dhiisi rabbin kadhu qabeenya rabbitu namaaf Kenna rabbitu namarkaa fudhata rabbi yomiyyuu rabbumaan isaa hin shakkamu
@aishaabatiri810
@aishaabatiri810 Ай бұрын
Wly akaa kalesa tii SI ergaa afanii wara soda kana hikuu hin bekuu 😂😂
@zanoshdnanesh6721
@zanoshdnanesh6721 28 күн бұрын
😢😢😢😢😢
@jjsbsjjhjjsbsjjhhrjdb543
@jjsbsjjhjjsbsjjhhrjdb543 Ай бұрын
😢😢😢😢
@NuriyaAdem-zk9dc
@NuriyaAdem-zk9dc Ай бұрын
Ajibaa
@zenabamahommed9305
@zenabamahommed9305 Ай бұрын
Seraan yero jettu naaf hin galle me warri lafa karta qabu bite mana irratti ijarate sichi maqa jijjirtu rakko qaba?akka seraa Ethiopia ti abban sitti gurguratu karta kennu hin dandahuu wakillanna male kunis rakko qaba jechu dha me naaf debisii
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 Ай бұрын
OPDO'N pp Duraa nuu hattuu dhaa
@Haleema-xx8in
@Haleema-xx8in Ай бұрын
@Haleema-xx8in
@Haleema-xx8in Ай бұрын
👍❤❤❤
@ObsinetObsinet-ws5hw
@ObsinetObsinet-ws5hw Ай бұрын
Midiya kamtu gabase abdu
@FatxiyaaCissee
@FatxiyaaCissee Ай бұрын
😢😢😢😢wayi rabbit himna nuti warii mana madami ksaa jiru😢😢
@na3emana3ema83
@na3emana3ema83 Ай бұрын
ee seera hunda nuuf tolchee kun qofti isa hafeef kana odeessaa??!? 🤸👎wlh nama aarsan kanaanuu jireenyi jabaatte kushiina arabaatti umrii fixanne😢
@sabontuoromo3996
@sabontuoromo3996 Ай бұрын
Nura haa dhabatu kuni😢
@kuushoromia
@kuushoromia Ай бұрын
Yoo warroota biyya adii jiran taate malee harka 100 keessaa 90 lafa seeraan alaa bitatee irratti ijaarate. FKN tokko Maagaalaan Roobee Baalee harki caalu lafa seera hin qabne irratti ijaaramtee bar. Xarafa magaalaatii lafa qonnaa namni waggaa 6 dura bite 75000 bite amma million 2 gurgurataa jira, million 5 lafa seeraa takka namaaf hin bittu, Kanaafuu bayxi ummataan waliinii godaansa jedhanii bira darbuu malee furmaanni hin jiru. Kaabinee duraanuu osoo ijaarsi irra jiru namarratti gurguratti.
@user-wi8gm2ip2n
@user-wi8gm2ip2n Ай бұрын
Wayii goodi 😳😔
@furnemiresa1
@furnemiresa1 Ай бұрын
Dhugaa jetee 😮
@SOLOLOOOFFICIAL
@SOLOLOOOFFICIAL Ай бұрын
Keessattu namni lafa Seeraan alaa bittaan qabdan amma daafa gurguraadha birri keessaan fudha waan biraatti jijjiraadha!
@ZaraBh-sz6ct
@ZaraBh-sz6ct Ай бұрын
Buuuuu enyutu bita😂😂😂 Ani finfinnee irraa kaaree dhibba 4 bite kunoo Bishan dhuge😢😂
@ZaraBh-sz6ct
@ZaraBh-sz6ct Ай бұрын
Bituu ,gurguruu fi ijaaruun hin danda'amu 😊
@HamidMamee
@HamidMamee Ай бұрын
Maal goona gaa raabbiitu nucallisee
@shagoh3011
@shagoh3011 Ай бұрын
Walhi dhugaa jetee
@user-jp8lx8hz7e
@user-jp8lx8hz7e Ай бұрын
Ani.in.qabu.jari.qabadanu.rabii.ishi.agagar❤😂
@kadir-wb2nw
@kadir-wb2nw Ай бұрын
Rakkoodha wlh😢😢😢😢
@Nadhii_galaan_3
@Nadhii_galaan_3 Ай бұрын
Abduu finfinnee keysa mana million 100 Jira Yoon siin jae ni amantaa 2:50
@ZaraBh-sz6ct
@ZaraBh-sz6ct Ай бұрын
Galatomi Abdu Ati hoo mil 5 qabda moo hin qabdu😢😂
@nasirjamaalnasirjamaal1506
@nasirjamaalnasirjamaal1506 Ай бұрын
Kiyaan baleesuu demaa
@user-vb8sm1kg1g
@user-vb8sm1kg1g Ай бұрын
Kun siruuma biyyaa Lola biraatif afeera
Robert Greene: A Process for Finding & Achieving Your Unique Purpose
3:11:18
Andrew Huberman
Рет қаралды 10 МЛН
Beautiful gymnastics 😍☺️
00:15
Lexa_Merin
Рет қаралды 15 МЛН
تجربة أغرب توصيلة شحن ضد القطع تماما
00:56
صدام العزي
Рет қаралды 59 МЛН
Manguddoo umrii dheeraa
30:24
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 275 М.
Hojii Aartii irraa gara Faaddaalummaatti!!  Buzee
48:10
Qaanqee Show
Рет қаралды 72 М.
Nama Jalqabaa, Elikoopterii Shimalaan dha'ee nama  kuffiise!!
24:12
Qaanqee Show
Рет қаралды 23 М.
ВОДА В СОЛО
0:20
⚡️КАН АНДРЕЙ⚡️
Рет қаралды 24 МЛН
MISS CIRCLE STUDENTS BULLY ME!
0:12
Andreas Eskander
Рет қаралды 10 МЛН
Пранк над Махачевым🥶
0:19
FERMACHI
Рет қаралды 9 МЛН