"Yoo inni firaashaaf na barbaadu ani nin dida" Dhaddacha Jaalalaa 22

  Рет қаралды 14,135

Nuuralhudaa

Nuuralhudaa

20 күн бұрын

Lakkofsa Galmee 47
As wr wb. Akkam jirtan kabajamtoota qopheessitoota dhaddacha Jaalalaa. Maqaan kiyya B jedhama. Iyyannoon kiyyas akka asii gadii kana.
Aniifi Abbaan manaa kiyya osoma kabajaafi jaalalaan wajji jiraannu, Rabbiin ilmoo nuuf kenne. Osoo an daa’ima dhalattuu wajji ciisu, jaartii 2ffaa narratti fuudhe. Achi booda haalaa amalli kiyya hundi ni jijjiirame. Innis amala natti jijjiirrate. An akka dura kabajaa isaaf hin qabu. Waanuma hundaaf loluunii eegale. Innis akkasuma kabajaa naaf dhabe. Yoo bakka firaashaa tahe malee, haajaan inni na bira dhufuuf ni dhaabbatte. Wayta haajaa firaashaatiif inni natti dhufus, ani yeroo heddu ni dida. Inni gama isaatiin amala natti jijjiiratus, wana naaf barbaachisu hunda naaf guuta. Masruufa guutuu naaf baasa. Garuu gammachuun gaafa duraa ni jidduu jirtu sun nu jidduu mulqamtee jirti. Sababaan inni jaartii 2ffaa fuudheef naaf hin galle. Shari’aan islaamaa haga jaartii 4 fuudhuu akka hayyamu nin beeka. Garuu sun nama dandau qofaafi. Inni garuu jaartii 2 bulfachuu nama dandauu miti. Mee nasiihaa maal nuuf dhaamtan. Anaafi isaafis waan faaydaa qabu nuuf dhaamaa. Galatoomaa.
Iyyannoo 2ffaa
Lakkofsa Galmee 48. As wr wb. Akkam nagaya jirtuu qopheessitoota qophii dhaddacha Jaalalaa. Baga nagaya jiraatan. Iyyannoon kiyyas akka asii gadii kana. Maqaa kiyya yeroof ibsuu hin barbaadu. Ani amma dura waggaa 8 dura bultii jaarradhe. Jaartii tiyya wajji as biyya arabaatti nikaaha hidhanne. Isiin abbaa hin qabdu. Yeroo nikaaha hidhannu san nama maatii isiitti ergee bilbilanii akka gaafatan godhe. Isiin adeera 2 qabdi. Inni tokko biyya jira. Tokko ammo Yaman jira. Adeera isii ka biyya jiru san telefoonaan gaafannaan, namuma itti bilbile saniin an si wakkaladhee jira atummaan nikaaha godhi jedheen. Achi booda namni sun adeera isii irraa bakka bu’ee nikaaha nuuf godhe. Amma yeroo nuti ilmaan walirraa horree gammachuun wajji jiraachutti jirrutti, adeerri isii ka Yaman kun mullate. Eenyutu nikaaha isinii godhe jedhee nu gaafate. Nutiis haala nikeenni itti hidhame himneef. Nikeenni keessan hin jiru. Haala kanaan nikaaha godhuun hin tahu nuun jedhe. Sababaa tana jiruun teneya jeeqamtee jirti. Mee tanarratti maal nuun jettan? Furmaanni keenya maali?
Copyright Notice:
Reuploading any of our videos or content to another KZfaq channel or platform without our explicit consent is a violation of our copyright. We do not tolerate such actions.
We actively monitor for unauthorised use of our content. If we discover that our content has been reuploaded without permission, we reserve the right to take appropriate legal action, including reporting the infringement to KZfaq and requesting the removal of the unauthorised content.

Пікірлер: 82
@user-rr6dn3wq3z
@user-rr6dn3wq3z 5 күн бұрын
Saallaallahu Aleeyhi wasaallam saallaallahu Aleeyhi wasaallam saallaallahu Aleeyhi wasaallam saallaallahu Aleeyhi wasaallam
@makiya976
@makiya976 3 күн бұрын
Waleykumsalmi wormtullahi wobarkatuu sallallahu alleeyh wassallamaa sallallahu alleeyh wassallamaa mashaa Allah mashaa Allah jzk❤❤❤❤❤galtomaa ulfadhaa ittii nuu fufaa hayuwaan kenaa
@samiyaab438
@samiyaab438 18 күн бұрын
As wr wb hadaraa gaafii tanaa naa debisaa isiin dhagefadhaa maqaan koo (S,A) jedhama bakkin jiru su,udiin jira gaafiin tiyyas akkas jette jarsii kiyaa biyya jiraa ani heddu isaa jaladha inni garuu heddu naa hin hordofuu malqaa kiyaas yero itti erguu bakka inni godhuu hin bekku heddu isaa shakke nama jalati bitee hordofaa ture akkan dhagaheti mana dhugatii olaa hin salatuu garuu hin salata naan jedhaa ,duraan iman heddu qabuu gorsee dadhabre mee maal naaf dhamataan
@hhi4562
@hhi4562 17 күн бұрын
Malii saa dhamanii ree malaqaa kee qabadhuu osoo atii malqaa dhogatee dhugatii hin dhisaa
@fuggug3290
@fuggug3290 15 күн бұрын
Kkkkk nakofalchiftee ​@@hhi4562
@user-mv7kw9zf7b
@user-mv7kw9zf7b 10 күн бұрын
Gorsii jechii namaa addan isin fageessa
@Maryam-is-a-Muslim-from-Yemen
@Maryam-is-a-Muslim-from-Yemen 18 күн бұрын
اللهم سخر لنا من عبادك الصادقين المصلحين من يكونوا عوناً لنا في طريقنا ندائي إلي كل مسلم قال عزوجل (قُلْ إِنَّ رَبِّي يَبْسُطُ الرِّزْقَ لِمَنْ يَشَاءُ مِنْ عِبَادِهِ وَيَقْدِرُ لَهُ وَمَا أَنْفَقْتُمْ مِنْ شَيْءٍ فَهُوَ يُخْلِفُهُ وَهُوَ خَيْرُ الرَّازِقِينَ) وقال النبى ﷺ(ما نقص مال من صدقة ) رواه مسلم وقال ﷺ ( أنفق يابن آدم ينفق الله عليك) متفق عليه وقال ﷺ:( مَا مِنْ يَوْمٍ يُصبِحُ العِبادُفِيهِ إِلَّا مَلَكَانِ يَنْزِلانِ، فَيَقُولُ أَحَدُهُمَا: اللَّهُمَّ أَعْطِ مُنْفِقًا خَلَفًا، وَيَقُولُ الآخَرُ: اللَّهُمَّ أَعْطِ مُمْسِكًا تَلَفًا سِالُتتكِ بّالُلُُه 💔الُجْلُيَلُ الُجْبّارَ انَ تْنَقًذَنَا قًبّلُ انَ نَمٌوَتْ مٌنَ شِدِتْ الُجْوَع انَتٌْخيَكِ انَيَ دٌِخلُةِ ْعلُى الُلُُه تْمٌ ْعلُيَكِ انَيَ فَيَ وَجُْهك انَـيَ اخـتْكِ انَـيَ اتْرَجْـاكِ اتْـوَسِـلُ الُـيَـكِ انَـقًـذَنَا لُـوَجُْـه الُـلُُـه. يَــشِــُهدِ الُــلُــُه يَاٌخـيَ انَ مٌنَ الُــصّــبّاحُ حُـتْا الُـانَ يَــحُــرَمٌ ْعـــلُيَـنَـا الاكل غير الماء ( ('''''''''''''''' اخي اول كلامي انا اقسم بالله على كتاب الله اني لااكذب عليك ولا انصب ولا احتال اني بنت يمنيه نازحين منالحرب انا واسرتي بيتنا اجار الشهرب 20 الف يمني والان علينا 60 الف حق 3 شهور وصاحب البيت من الناس الي ماترحم والله يا اخي انه يجي كل يوم يبهدلنا ويتكلم علينا ويريد من البيت للشارع لانناماقدرنا ندفعله الأجار شافونا الجيران نبكي ورجعو تكلمو الجيران ومهلنالاخره الأسبوع معادفعنا له حلف يمين بالله هذا بيخرجنا إلى الشارع رحمه واحنا. بلادنا بسبب هذا الحرب ولانجد قوت يومنا وعايشين اناوامي واخواتي سفار والدنا متوفي الله يرحمه ومامعنا أحد في هذا الدنيا جاانبنا في هذه الظروف القاسيه اخوتي الصغار خرجو للشارع وشافو الجيران ياكلو واوقفو عند بابهم لجل يعطوهم ولو كسره خبز والله الذي له ملك السموات والارض انهم غلفو الباب وطردوهم ورجعو یبکو ایموتو من الجوع ما احد رحمهم وعطلة ردها لقمت عیش والان لوما احدنا ساعدنا في إيكيلو دقيق اقسم بالله انموت من الجوع فيا اخي انا دخيله على الله ثم عليك واريد منك المساعده لوجه الله انشدك بالله تحب الخير واتساعدني ولو ---بـــحق إيجار البيت مع تراسلي واتساب على هذا الرقم 00967736246190 وتطلب اسم بطاقتي وترسلي ولاتتاخر وايعوضك الله بكل خير اخواني سغار شوف كيف حالتهم وساعدنا وأنقذنا قبل أن يطردونا في الشارع تتبهدل أو نموت من الجوع وانا واسرتي نسالك بالله لولك مقدره على مساعد لاتتاخر علينا وجزاك الله خيرا،-.@.،@:^@:؛>»≋𝖊≋𝖊≋𝖊≋𝖊≋𝖊≋𝖊≋𝖊≋𝖊≋𝖊≋𝖊≋𝖊≋𝖊≋𝖊≋𝖊≋𝖊≋^°>,,,_\},_\|`,_\;_\-ا¯|>•°¶ا;ا،،،،،،،ا،،،ا,,..............,🎉😢😢😢
@Umarsaed119
@Umarsaed119 18 күн бұрын
Masruufa naaf baasan jetti Ammoo inni nama jaarti 2 Danda'u miti jeti yeroo hirribaas Natu didan jetti dubbiin kun Wal makaa dha.
@QasimiiMusaxafaa
@QasimiiMusaxafaa 18 күн бұрын
Sallaallahu aleyhii wossallam Sallaallahu aleyhii wossallam Sallaallahu aleyhii wossallam Sallaallahu aleyhii wossallam
@user-qq6nc5gv2p
@user-qq6nc5gv2p 18 күн бұрын
Masha Allah barakallahu fikum ❤❤❤🎉🎉🎉
@nawafqteshat9254
@nawafqteshat9254 18 күн бұрын
Sallallahu Aleeyhiim wosallam Sallallahu Aleeyhiim wosallam Sallallahu Aleeyhiim wosallam Sallallahu Aleeyhiim wosallam Sallallahu Aleeyhiim wosallam Sallallahu Aleeyhiim wosallam Sallallahu
@ashaaoromo7883
@ashaaoromo7883 18 күн бұрын
Salaalh aleeh wasaalaam salaalh aleeh wasaalaam salaalh aleeh wasaalaam salaalh aleeh wasaalaam salaalh aleeh wasaalaam salaalh aleeh wasaalaam salaalh aleeh wasaalaam salaalh aleeh wasaalaam ❤❤❤❤❤❤❤❤
@rafimajama4279
@rafimajama4279 18 күн бұрын
SALLAALLAHU ALEEYHII WASSALLAM
@rahima-xs1pk
@rahima-xs1pk 18 күн бұрын
Masha.Allah Masha.Allah
@AllahamdulilahRabbiilallaamin
@AllahamdulilahRabbiilallaamin 18 күн бұрын
Insha Allah Ani na Tate Hundiinu Jazaakallahu keeyranii umrii nu dherradha
@AyanAyan-pb7dy
@AyanAyan-pb7dy 18 күн бұрын
Mashallh Mashallh Mashallh
@Maryam-is-a-Muslim-from-Yemen
@Maryam-is-a-Muslim-from-Yemen 18 күн бұрын
I am your sister from Yemen, and by Allah I only spoke out of hunger and distress. My mother, my brothers, and I lessons and tears. We are in a situation that only God knows about. God is sufficient for us, and He is the best disposer of affairs for those who brought us to this situation. By Allah Almighty, I did not write this appeal out of distress and distress. Poverty, O world, they have felt it So, I hope for you. By Allah Almighty, Lord of the Great Throne, he ate what I had in the house. By Allah, my brothers, he is my brothers by sitting in the house. Who has no food? By God, we are in a very difficult situation. We have 6 people entering the house, and my father has died, and there is no one who can depend on us and who lives in it.We live in a rented house because we cannot pay the rent we owe. '''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''' ''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''' ''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''' ''''''''''''' My brother, my first words are: I swear to God that I will not lie to you or deceive you. I am a Yemeni girl displaced from the war. My family and I live in a rented house in Al-Shahrab 15,000 Yemenis among us, and now we owe 45,000 for 3 months. The owner of the house is one of the people who does not have mercy, by God, my brother. He comes every day, insulting us, talking about us, and moving from the house to the street because we were unable to pay him the rent. The neighbors saw us crying and came back.They came back to talk to the neighbors and we were given the weekend. So we made him swear by God. He will take us out into the street. Have mercy on him and us. Our country is due to this war and we do not find food for our day, and my brothers and I live in a difficult life. Our father died, may God have mercy on him, and we have no one in this world who was with us in these harsh circumstances. My younger brothers went out into the street and saw...The neighbors eat and stand at their door in order to give them bread even if they break it. By God, to whom belongs the dominion of the heavens and the earth, they closed the door and expelled them and came back crying. They are dying of hunger. No one has mercy on them and a holiday is returned. I have made a living, and now if one of us helps us with a kilo of flour, I swear to God, I am dying of hunger. My brother, I am an alien to God. Then, I ask you to help me for the sake of God. I ask you, by God, to love goodness and to help me, even if you can, by messaging me on WhatsApp.On this number 00967736246190 and ask for the name of my card and send it and do not be late and may God reward you with all the best, my brothers Sagar, see how they are and help us and save us before they throw us out in the street, you will be lost or we will die of hunger. My family and I ask you, by God, if you are able to help us, do not be late and may God reward you well..`/--~«««~-♡~♡~♡~~•~•~♡~♡~♡~♡~♡~♡♡♡~~: ~:~¡~¡~¡~;I.i.i.i.i.i-...-..🎉🎉🎉
@QasimiiMusaxafaa
@QasimiiMusaxafaa 18 күн бұрын
❤❤❤
@iqlimaamme6870
@iqlimaamme6870 18 күн бұрын
Subahanallah subahanallah
@MedenaMashalaah
@MedenaMashalaah 17 күн бұрын
Mashaallaah
@ayatayat2082
@ayatayat2082 19 күн бұрын
As wr wb anii haa dhufuu urjidhaa isalam nuf jiradhaa heduu nutii toltanii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-ze1hp8yu7g
@user-ze1hp8yu7g 17 күн бұрын
Wl wr wb saallaahuu aleeyiih wasalaam maashaalh maashaalh ❤❤❤❤❤😢😢😢
@AmadinAwal
@AmadinAwal 5 күн бұрын
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉 galatoomaa
@husseinmohammed3834
@husseinmohammed3834 16 күн бұрын
Masha alha 🎉🎉🎉
@ililiabrahami9525
@ililiabrahami9525 12 күн бұрын
Wl Wr WB ustaza keenya ❤Sallaalla sallaalla Aleyhi Wsaallam ❤
@Jekd-op3fl
@Jekd-op3fl 5 күн бұрын
As wr wb akkami nagaa jituu dhiffam dhiffam bilbila wasapi
@user-di7yx1lu6y
@user-di7yx1lu6y 18 күн бұрын
Mashaallah umurii nufi dheradhaa
@rafimajama4279
@rafimajama4279 18 күн бұрын
Barakalafikum
@hamziyabedaso5033
@hamziyabedaso5033 18 күн бұрын
WL.AS.WR.WB. mashaallaa mashaallaa tabrkalhaa
@ormootubechannel2986
@ormootubechannel2986 17 күн бұрын
Masha Allah Masha Allah
@HappyBuffalo-td6me
@HappyBuffalo-td6me 15 күн бұрын
As wr wb ❤❤❤❤❤❤❤
@Jemalmahammux
@Jemalmahammux 17 күн бұрын
Mashaa AllAh
@jamilahasan-hg6yl
@jamilahasan-hg6yl 18 күн бұрын
❤❤❤ wswrwb Maaashaaaa Allaaaha
@tajuutube4096
@tajuutube4096 18 күн бұрын
Suubahanaa Lahaa
@user-lt4bz2bb4p
@user-lt4bz2bb4p 8 күн бұрын
As wr wb Dhifaa wajii mee bilbila wasapi fayadamtanii nafii himaa
@obseabasimal3
@obseabasimal3 18 күн бұрын
Mashaa Allah jiraadhaa
@AllahamdulilahRabbiilallaamin
@AllahamdulilahRabbiilallaamin 19 күн бұрын
Wa'alleykumsallam worahimatuullaahi wobarakatuhu
@BurqaMedia-qs7mc
@BurqaMedia-qs7mc 19 күн бұрын
Wel came Wlhy Anni baye isin dhagefadha Baganagayadhuftan
@AbdulazizKaadir-jz3eb
@AbdulazizKaadir-jz3eb 18 күн бұрын
Mashalla
@Jemalmahammux
@Jemalmahammux 17 күн бұрын
Jkl❤
@ZobaydaZobayda-kj8dw
@ZobaydaZobayda-kj8dw 15 күн бұрын
Gaalatoma
@MadenaShanko
@MadenaShanko 16 күн бұрын
As wr wb akkam naga jirtanii akkamiin isin argachuu danda,ma
@ZobaydaZobayda-kj8dw
@ZobaydaZobayda-kj8dw 15 күн бұрын
Wl wr wb AmiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiN
@wugduegf9081
@wugduegf9081 16 күн бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@user-di6dw7jg2o
@user-di6dw7jg2o 18 күн бұрын
Saallaahu Aleeyhii waassallam
@SabatuHasan
@SabatuHasan 18 күн бұрын
Masha alaha
@SumayaMiftah
@SumayaMiftah 18 күн бұрын
Wlkmwr 🎉🎉🎉🎉🎉wallah naaf tahe wanti isin Jetta babikoo umriii nuuf dheradhaa❤❤❤❤❤
@user-hx5sc5eg7s
@user-hx5sc5eg7s 18 күн бұрын
❤🎉❤❤❤❤❤
@dursanani550
@dursanani550 18 күн бұрын
AS.WR.WB ❤ bagaa nagyyan nuf dhuftaan yawarra nuralhuda ❤❤❤
@yusraabintyasiin8455
@yusraabintyasiin8455 18 күн бұрын
Walleykum assallam waramatullah wabarakatuhu Saallallaahuu alleeyhii wassallam Mashala allaah rabbiin isin irraa ha jalatuu hayakumullaah wabayakum umrii nuf dheradha❤❤
@AbdiMahamad-b7q
@AbdiMahamad-b7q 18 күн бұрын
❤❤❤❤❤
@NUURUSSALAAM_Tv
@NUURUSSALAAM_Tv 18 күн бұрын
Subhanala
@ormootubechannel2986
@ormootubechannel2986 17 күн бұрын
S a w
@SmilingBigWaterfall-ne9tt
@SmilingBigWaterfall-ne9tt 18 күн бұрын
Baga nagayaan dhuftan ❤❤❤
@XuseenAbusalaad
@XuseenAbusalaad 7 күн бұрын
2❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂2
@user-js7ps4nl6w
@user-js7ps4nl6w 17 күн бұрын
Wl wr wb ❤❤❤❤❤❤
@kulasamustaf
@kulasamustaf 18 күн бұрын
As wr wb ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉anaadhufu 🎉🎉
@user-bo9qi3cf7q
@user-bo9qi3cf7q 18 күн бұрын
Ws wr wb jzk
@Abdee825
@Abdee825 18 күн бұрын
Welcema
@user-ui3dg5xh5e
@user-ui3dg5xh5e 18 күн бұрын
Yaa rabbi naja nubasii
@RosPoutaa
@RosPoutaa Күн бұрын
Aswrwb ❤ Masahsaa 😢😢
@user-gh5ie6sp1d
@user-gh5ie6sp1d 16 күн бұрын
As,wr wb
@TolaaRashad
@TolaaRashad 17 күн бұрын
As wr wb ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@tajuutube4096
@tajuutube4096 18 күн бұрын
As wr wb
@BilkisaNuri-ef9ln
@BilkisaNuri-ef9ln 17 күн бұрын
Aswr wb ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉😢
@user-ym1te9xo9n
@user-ym1te9xo9n 18 күн бұрын
Welcome ❤❤❤
@ormootubechannel2986
@ormootubechannel2986 17 күн бұрын
Ws wr wb akamai nagay
@abdotajuu
@abdotajuu 18 күн бұрын
As wr wb 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@user-nn4fl2mt5o
@user-nn4fl2mt5o 19 күн бұрын
As wr wb ❤❤❤🎉🎉🎉
@Johara-oz8hh
@Johara-oz8hh 18 күн бұрын
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته كيف؟ حالكم جميعا يا نور هدا قناة ❤❤
@user-ui3dg5xh5e
@user-ui3dg5xh5e 18 күн бұрын
❤❤❤
@user-gj9qr8wn4o
@user-gj9qr8wn4o 18 күн бұрын
Wl wr wb
@samiraahajjii367
@samiraahajjii367 18 күн бұрын
Ws wr wb
@tajuutube4096
@tajuutube4096 18 күн бұрын
Yaa Rabbii 😂😂
@ghr7652
@ghr7652 18 күн бұрын
❤❤❤❤
@AliowIbrein
@AliowIbrein 18 күн бұрын
Wcs akam naguma nufjirada
@user-vw2cz8vm3s
@user-vw2cz8vm3s 18 күн бұрын
Isanjaallann
@badriyaa.ta.baalee5002
@badriyaa.ta.baalee5002 6 күн бұрын
🤔
@user-ui3dg5xh5e
@user-ui3dg5xh5e 18 күн бұрын
Wlwrwb ❤❤
@WfffAfgf
@WfffAfgf 18 күн бұрын
Aswrwb ❤❤❤
@ormootubechannel2986
@ormootubechannel2986 17 күн бұрын
Zjk
"Qaama Saalaa 2 Qabdi" Dhaddacha Jaalalaa 26
29:40
Nuuralhudaa
Рет қаралды 785
RNH 866, July 25, 2024 Jaarmaya Bultii
31:48
Nuuralhudaa
Рет қаралды 3,3 М.
Double Stacked Pizza @Lionfield @ChefRush
00:33
albert_cancook
Рет қаралды 81 МЛН
Cool Items! New Gadgets, Smart Appliances 🌟 By 123 GO! House
00:18
123 GO! HOUSE
Рет қаралды 17 МЛН
Abu hureeyraa fi maalif hadiisa heddumminaan odeyse
13:24
Sharif Abdumalik
Рет қаралды 1,3 М.
Seenaa Gaddisiisaa Obboleetti Keenyaa Kutaa 2ffaa
26:42
Oromia 24
Рет қаралды 118 М.
OOMAAR BARBAR||BOOLISKA NORWAY AYAA HADA GACANTA KU DHIGEY..
16:17
QISADA MAANTA
Рет қаралды 22 М.
GAFFILEE ADDA ADDA DEBISSA WAALIN ||Sheikh Anwar Yusuf
28:10
Sheihk Anwar Yusuf (official)
Рет қаралды 38 М.
Sheik Amin Ibroo Seenaa Nabii Suleiman kutaa 2ffaa
1:05:18
Sheihk Abdurahim Sani (Official)
Рет қаралды 3,2 М.
Rasuulli akkana kunoo | Ustaaz Ibsaa Hasan
23:45
Spider Media
Рет қаралды 32 М.
“Geelee jaartii tiyyaa jaaladhe” Dhaddacha Jaalalaa 24
24:44
Nuuralhudaa
Рет қаралды 10 М.
I meet Mr.Beast
0:15
ARGEN
Рет қаралды 23 МЛН
Это ежегодное настроение 😉 #tiktok #юмор #жиза #funny
0:10
Ангелина и Тая
Рет қаралды 4,4 МЛН
ЖВАЧКИ!!!
0:47
Li ALINA
Рет қаралды 4,8 МЛН