DOORSIFAMAA JIRAANNA! ING TALILAA DHEERESSAA | MO'AA SHOW

  Рет қаралды 18,216

MO'AA TV

MO'AA TV

3 жыл бұрын

#SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
DOORSIFAMAA JIRAANNA! ING TALILAA DHEERESSAA | MO'AA SHOW
PIREZIDANTII WALDAA H/B/D/QILLEENSA ITHOPHIYAA
SAGANTAA KEENYA YEROO HUNDA ARGACHUUF FUULAA FACEBOOK KEYNAA LAYIIK GODHAA. 👇👇👇
/ moaatv
CHAANALLII KEYNAA YUUTUBII SAABISKIRAYIB GOCHUUN SAGANTAALLEE KEYNAA YERROO HUNDAA BAKKAA HUNDAATTII HORDOFUU DANDEETAAN. 👇👇👇
/ @moaatv479
Copyright ©2020: Mo'aa TV
Note: unauthorized use, distribution and re-upload of this content is strictly prohibited

Пікірлер: 146
@yeshilovejesus5884
@yeshilovejesus5884 3 жыл бұрын
Uuuffffeee kormee ilmaa oromo baguuma kenyaa tate gottaa kenyaa waaqayyo umrii dheraa sif haa kennu ♥️♥️❤👍👍👍
@abitayechannel4456
@abitayechannel4456 3 жыл бұрын
Proud of you Engineer Talila,you live your mind & that is the symbol of intelligence.
@sabelfayeza9921
@sabelfayeza9921 2 ай бұрын
በጣም።።።ጀግና የኢትዮጵያ እቁ ነው ተሊላ ❤❤❤❤ወድሜ በርታ ፈጣሪ ባለክበት ።።ይጠብቅክ እግዛብኤር ሠላም ለአገራችን
@kibbuhirko653
@kibbuhirko653 3 жыл бұрын
Wwwwwaaaa wwwwwuuu goftaan koo lubbuu keessan nuuf hadhereessu Dhugaa bayy'ee nama gammachiftuu TV mo'aa /gammachiis & Talilaa taliluuma waaqayyon isiin ha ebbiisu bagumaa mucaa waaqayyo tattan uuuuffffaaayyyyeee gana jiratu dinii isiin hariihatu isiin hin argatuu oromumma keessanin oguu akkas bontaaan bayy'ee isiinitti gammaade karaa hundumanu nama kabajamaa waaqayyon nama akka keessani nuuf habayyiissu🙌📖🎤🙌🙌
@tamenediribsa1371
@tamenediribsa1371 3 жыл бұрын
Waaqayyo sihaagargaaru jabaadhu mo'ichi warra dhugaa waliin jira
@yesuusgooftaa266
@yesuusgooftaa266 2 жыл бұрын
Gooftatuu siin egaa haadhoo koo jabaadhuu!!!! Bitaaf mirgaa kee jiraa gooftaan!!!!!!🙏🙏🙏🙏📖📖📖📖📖📖
@user-mh1oi6jj5m
@user-mh1oi6jj5m 2 ай бұрын
Uuuuuufff Qeerransakoo waaqnii inni hundumaa danda'u sii haa tiksuu ilkaan diinaa sirraa haa qabu❤❤❤❤❤❤❤❤💋💋💋akkadumas tv mo'aa ojii ojjecha jirtan namonni issin midiyaa kessanirratti dhiyyessitan namoota ciccimoodha nutis midiyaa kana akka guddatuf ga'e keenyaa nii bahnnaa🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤❤❤
@denkinesholjira6166
@denkinesholjira6166 2 жыл бұрын
Proud of you Engineer Talila😍😍
@obsinetaragenye5180
@obsinetaragenye5180 3 жыл бұрын
Rabbii ofii jalatuun si haa kabaju!! Kan akka ke seenaa bade barbaade nuf galchu nuf haa danesu. Sii fi moo umurii dhertuu fayyaa gutuu walin ribbii sif haa kennu.
@bontuumotummaa4850
@bontuumotummaa4850 3 жыл бұрын
Wow sanyiikoo jabaadhu waccaa habashaaf gurraa hin kennin isaan Oromoo jabbaa hin jalaatani 💪😍
@SINGITAAN
@SINGITAAN 2 ай бұрын
Jabbaadhuu jabaa keenyaa ❤❤❤❤❤ waaqayyoo baha kef galmaa ke ha eeguu mucaa waaqaayyoo nama.dhugaa beekuu fi dhugaan hojjetuu waaqatuu firdiidha
@AlmazDufera
@AlmazDufera 2 ай бұрын
Waqnii umurii dheeeeeraaaaaa siif haa kennuu jabaa oromoo
@zenebemideksa1247
@zenebemideksa1247 3 жыл бұрын
Eeyyeen dhugaadha Injiinarri keenya Leencicha Taliilaa akka doorsifamaa jiru sirriitti quba qabna. Ta’us garuu jarri nama dogoggoraa doorsisuu yaalan. Injiinar Taliilan sodaachisuu dhiisii osoo diroonii yaabbattanii itti dhufanii gurra ittiin isaan dhagayu hin qabu. Maraafuu waan adeemaa jiru sabni isaa beekuu seenaf nuuf haa taa’u.
@wondemamoe5189
@wondemamoe5189 3 жыл бұрын
Aafaan Waaqayyo namaaf kenneen hojjechuun uumaa ofii kabajuu keessaa qooda qaba jedheen yaada.Sababiin isaa Waan uumaan nuuf kennetti qaana'uun kennaa inni nuuf kenne tuffachuu ta'a.Ebbifama, Galatoomaa! Inginar!
@bontuumotummaa4850
@bontuumotummaa4850 3 жыл бұрын
Waqayyoo si ha eguu atis ofi egii jarrii Bekkaa Oromoo hin jallaatani
@shelemaasefa5894
@shelemaasefa5894 3 жыл бұрын
waaqayyo kumaatama akka inginer Taliilaa nuuf haa baayyisu warra garaadhaf hin bitamne!!!!
@PhetirosDadi-xp1ru
@PhetirosDadi-xp1ru 2 ай бұрын
Good job keep it up thank you very much
@worrabaaleoromia1509
@worrabaaleoromia1509 3 жыл бұрын
Rabbi fayyaa siif haa kennu
@yesuusgooftaa266
@yesuusgooftaa266 2 жыл бұрын
Ameen gooftaan gaachana keeti ammas Gooftaa gaachana siif haa ta'u maqaa yesuusitin haadhoo koo nuuf jiraadhuu umurii dheeraa!!!!! Harkii diinota keeti sitti hin bu'iin iji isaan si hin argin maqaa du'e du'a ka'uu yesuus Kiristos keenyaatiin!!!!!🙏🙏🙏🙏🙏📖📖📖📖📖📖📖📖📖
@hawiinetoroshawaash4850
@hawiinetoroshawaash4850 3 жыл бұрын
Akkuma Atii jetee Waqayyoo siif jiraa lammii koo in sodatiin🙏🙏 kayyo nafxaanya Ayyota fi beekaa keenyaa ajeesu fi hidhuu qofaa waqayyo jiraa Amshirri bayye gara nyataa dhugaa wayen oromo kun
@gemechislegesse4635
@gemechislegesse4635 2 жыл бұрын
jabaadhu jabaa keenya ,of tuffachuufi ofitti qaana'uutu gadi nu deebisee nu hambissee.
@dinkydinky683
@dinkydinky683 3 жыл бұрын
Wowowo waan naminii tokoyyu yadee hin benee hojietee waqqayoo siyaa garigarruu ❤️❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰🥰👍👍👍👍👍
@berhanedenu1491
@berhanedenu1491 3 жыл бұрын
Waaqayyoo Siaeebisuu
@user-rw7ip6ej5t
@user-rw7ip6ej5t 3 жыл бұрын
Wowowww bayeedhuma ebifamii mucaa kakuu waqqyyoo sii wajin haa ta,uu hamlee Rabin sii yaa eguu waqqyyoo gagesfi olfachadha badhu damaa koo namani waqqyyoo hin sodatuu badhu qomo koo❤💪💪💪💪
@sifanrgasa6161
@sifanrgasa6161 3 жыл бұрын
Blessed be God ,who protects you from all evil 👍👍👍👍😍😍😍😍
@sinanjirayesus413
@sinanjirayesus413 3 жыл бұрын
Jabadhuu jajabe koo
@faq128
@faq128 3 жыл бұрын
The bold one. Ijji hamtuun si hin argin
@shawayyeeambooCor
@shawayyeeambooCor 3 жыл бұрын
Waaqayyoo sii haa eguu addaafi adduunyaa siif haa kennuu.harkii waaqayyoo sii haa tiksuu.eebbiifaami umurrii dheerraadhuu. Ammaas waaqayyoo saa egguu siif kadhannaa .jabadhuu.ing.Talillaa edbbifaami nuuf jiraadhuu.waaqayyoo sii waajjiin haa ta'uu. Hamaa jala waaqayyoo saa olchuu .eebbifaami sii jaalannaa.
@alberteinstein4416
@alberteinstein4416 3 жыл бұрын
How interested and happy to see such kind of hard fighter man to our society 🙏
@oabdnoabd3260
@oabdnoabd3260 3 жыл бұрын
Hedduu isin galatoomffadhaa Oromoo koo nuuf Jajjaabadhaa nuuf jiraadha osoo kan laykin 100 jiratuti godheen ture garuu tokko qofa na jalaa tahe Talilaa koo dhugama Talila ati nama qulqulluu qaaaaaaliiii Oromoo First
@dakeenya1
@dakeenya1 3 жыл бұрын
What an inspiring person! Galatoma warri Mo'aa.
@yesuusgooftaa266
@yesuusgooftaa266 2 жыл бұрын
Wowowow waaqayyoo baraaf Jireenyaa kee haa ebbisuuuuuuuu haadhoo koo!!!!!!🙏🙏🙏📖📖📖❤❤❤😍😍😍
@kadijfaxuma8121
@kadijfaxuma8121 3 жыл бұрын
Gallattomi Injiner Tallila kenya nuf jiradhu dhiiga ko ❤💚❤oromo jechun nama aka ketiti
@abdisanasha6580
@abdisanasha6580 3 жыл бұрын
Dhugumma nama jabadhaa jabaa ofii abatuu jabefataa 😍✔
@siifaanabdulaxiif2084
@siifaanabdulaxiif2084 2 жыл бұрын
Rabbin sii haa eeguu insha.allah
@gamachumalka
@gamachumalka 3 жыл бұрын
This guy is very intelligent and influential keep up & may God be with you. Biyya kana keessatti nama akkasiitu barbaachisa👌
@tsionmitiku888
@tsionmitiku888 3 жыл бұрын
Waaqayyo kara hundumaa si haa eegu! Jabadhu nama waaqayyo 💪👍
@fghfffgdf2904
@fghfffgdf2904 3 жыл бұрын
Wowowowo waqayyoo sii haa ebbisu ing.talilaa
@matewosgelana1328
@matewosgelana1328 3 жыл бұрын
Amazing!
@beriyoterefe
@beriyoterefe 3 жыл бұрын
God bless you and provide you continual successful achievement.
@danielgeleta8979
@danielgeleta8979 3 жыл бұрын
jiradhu saboonaa ilmaa.
@yeshilovejesus5884
@yeshilovejesus5884 3 жыл бұрын
Waaqayyo siha egguu hadhoko bayee nama gaddisisa kan kenyaa bekkan himma dorsiisama godda hama gubbati maalumaa kenyaa kun waaqayyo innii attii amanate ammanamadha barru kirristosira jirta jabadhu hadhokoo
@amanuelgemedaofficial3028
@amanuelgemedaofficial3028 3 жыл бұрын
Dhugaa baayyee nama jabaafi nama addaati dhugaa waaqayyo biyya keenyaaf Kan akkkasii kana haa qusatu malee
@amanuelelhanan4716
@amanuelelhanan4716 3 жыл бұрын
Bless you, my decent brother.
@khamirtube6408
@khamirtube6408 Ай бұрын
I appriciate you. My hero
@eagpbtuofficial8797
@eagpbtuofficial8797 3 жыл бұрын
Keep going! don't look back !! Karaan qabattee kan Dhuga tii!!
@motumaregasa9132
@motumaregasa9132 2 жыл бұрын
Nuu jiraadhu leenca koo i am proud of you ❤❤❤❤❤❤❤❤
@tarikufufa59
@tarikufufa59 2 жыл бұрын
thank you baay'ee baayeessa
@dinkekuwait7569
@dinkekuwait7569 3 жыл бұрын
Amen Ebifam 💖💖💖🙌🙌
@woinaabebe7839
@woinaabebe7839 3 жыл бұрын
God blessed you and protect you from evil !!!
@abdiinikoojiratadhaayesusi3704
@abdiinikoojiratadhaayesusi3704 3 жыл бұрын
Goftaan Bara fi jirenya kee haa ebisu ebifami umuri dheraa sifi haa kenuu waqayyo
@gemechudame2787
@gemechudame2787 3 жыл бұрын
Dhugaa bayyee namati tola yaadi ingenarii waqayyoo isaa haa eguu jedha
@alihazaa136
@alihazaa136 3 жыл бұрын
Jabaadhu jaba koo
@gutualemayehu2672
@gutualemayehu2672 3 жыл бұрын
injineer Taliiaa Dheeressaa Gutamaa baay'een sitti boona fakkeenyummaa namoota hedduu taateetta ammallee waaqayyo si wajjiin haa ta'u
@Ghuiiikkbh
@Ghuiiikkbh 3 жыл бұрын
💛💛💛💛Umurii dheera siif haa kennu
@guitarkeyboardchords8156
@guitarkeyboardchords8156 3 жыл бұрын
Rabbii sii haa gargaaruu.....👍🏽Dinqii namaa
@dandydereje9074
@dandydereje9074 3 жыл бұрын
Great guy with great personality
@user-dk3dl2jw2u
@user-dk3dl2jw2u Жыл бұрын
Baga dhalate!!! Lamii dhuga ebbiifamii gudda
@SamuelDt
@SamuelDt Жыл бұрын
waaqni sii eega homaa miti jabadhu sabbonna oromoo
@SaraSara-ol1bb
@SaraSara-ol1bb 3 жыл бұрын
Eebbifama umuri dheera nuuf jiradha
@hanachimdessa8755
@hanachimdessa8755 3 жыл бұрын
BAAYYE NAMA JABA BLESSED BE GOD
@koketTomas
@koketTomas 3 жыл бұрын
Waaqayyo bara jireenya kee haa Eebbisuu Isiniis mo'a TV galatoma.
@berhaneabdissa7866
@berhaneabdissa7866 3 жыл бұрын
Waaqayyo si haa Eebbisu🙏🏽
@gudisawakgari6122
@gudisawakgari6122 2 жыл бұрын
Enj. Taliilaa qashtii namaa jabaadhu leenca koo
@sanyiihachaluhundessa3529
@sanyiihachaluhundessa3529 3 жыл бұрын
Jabaa keenya dhugaadha oromo.tahu.kabaja.❤❤❤❤❤❤👌👌👍👍
@kakuumargiituuabdiiamiyuuj7602
@kakuumargiituuabdiiamiyuuj7602 3 жыл бұрын
Wow nama waaqa eebifaa anis wa'iikoti nama kaamiyu gargaruni Namani arda kamu bare ni jijirama dhugaadha Eebifamaa barumsaa baredaadha
@abdinugusa7398
@abdinugusa7398 3 жыл бұрын
mucaa kormee! jabaadhu! , jabaa qab atteetaa...!
@wallaggaatubetube7652
@wallaggaatubetube7652 3 жыл бұрын
Woowww kunoo namni akkas Oromummaa isaatti boonu waaqayyo guddaa isin haa'eebbisu ayyaanisaa isin waliin haata'u galatoomi gammee nama beekaakana nuuf dhiyeesuu keef
@abatefulaskelecha8857
@abatefulaskelecha8857 3 жыл бұрын
You have set excellent example, hopefully other courageous younger persons will follow you.
@dinkydinky683
@dinkydinky683 3 жыл бұрын
Jabadhuu elimaa orommo 👍👍❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰👍👍👍👍👍
@halimaukulu9255
@halimaukulu9255 3 жыл бұрын
Bayee sii jaladhaa oromoo koo nuf jiradhuu hamaa siraa haa qabuu rabiin ❤️❤️❤️
@ameng9953
@ameng9953 3 жыл бұрын
Jiradhuu
@feysaraga830
@feysaraga830 3 жыл бұрын
Nama jabaa jabaadhu korme dhiiraa
@danielajema1545
@danielajema1545 3 жыл бұрын
Wa'ee hadhaa mana Abdissaa Agaa naa dinqeeraa ... That is astonishing
@tesfayealemayo4391
@tesfayealemayo4391 3 жыл бұрын
GOD BLESS YOU
@abatefulaskelecha8857
@abatefulaskelecha8857 3 жыл бұрын
Eebifami leencaa! Gudadhu 🙏
@Daandiieebbaa
@Daandiieebbaa 3 жыл бұрын
God bless u and your family today everyday Telila
@rabumamilisha3815
@rabumamilisha3815 3 жыл бұрын
wow really you are amazing man TALO
@heehee6712
@heehee6712 3 жыл бұрын
Beautiful story God bless you.
@dejenekedida9335
@dejenekedida9335 3 жыл бұрын
Kutataa ilmaa ofirra jirta. dhugumatti oromummaa hojiin calaqqisiisaa jirta ,Ogummaa bittaatiin/ procurement profession/ dalagaa jira waan ta'eef odeeffannoo naan ga'i . keenyumatu keenya waliin jirra waliif jirra.
@oabdnoabd3260
@oabdnoabd3260 3 жыл бұрын
Rabbiin umrii keessaan nuuf haa dherressuu Goota Oromoo First Qacalee shira Adawii fi Dina Falfaaltuu jalaa Rabbiin isin haa baasuu Leenca Oromoo First 🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
@wakjiratemesgen858
@wakjiratemesgen858 3 жыл бұрын
JABAADHU INGINARA KEENYAA WAAQAYYO SI WAJJIN JIRA
@kadijfaxuma8121
@kadijfaxuma8121 3 жыл бұрын
Wwwwwwoooooo
@oabdnoabd3260
@oabdnoabd3260 3 жыл бұрын
Rabbiin tika ofitin si haa tiksuu tiruu koo Seenaa Guddaa tokko qabdaa nutu si hin beekne Male Qacalee koo Rabbiin sadarkaa kee ol nuf haa fudhu Wollaahi imimmaan ija na dhaabbatu didee Hayyuu keenna Amaaana ofi keessa si haa kaayu Rabbiin
@eteneshabdi8983
@eteneshabdi8983 3 жыл бұрын
Waaqayyoo inni hunduma danda'uu siwajjin haata'uu obbolleessakoo!!
@ililliiumamaa5210
@ililliiumamaa5210 3 жыл бұрын
Jabadhuu sabona oromaa❤👌
@khalifaalthawadi8565
@khalifaalthawadi8565 3 жыл бұрын
Amem Amen 👏🙏🤲🙏🤲🙏🤲🙏🤲🙏🤲🙏🙏🤲
@wudineshshumba7738
@wudineshshumba7738 3 жыл бұрын
Lencaa fakii namaa Talila bagumaa kan oromoo tate dhalatee ❤❤❤❤💚💚💚💚
@wallaggaatubetube7652
@wallaggaatubetube7652 3 жыл бұрын
Waaqayyo sifaana haajiraatu obbooko gooftaan ergamoota isaan naanookee haabuufatu
@whoeveryouarebeyourselfbut5308
@whoeveryouarebeyourselfbut5308 3 жыл бұрын
Dhugaattii oromon hundii osoo akkasittii ofii beekee bilisummaan guddaan isaa turee.Namni guddachuuf ofii ta'ee jiraachu gaafata.Rabbiinilee nama waan waaqayyoo kununifattuu jaalatta.
@efamegersa8776
@efamegersa8776 3 жыл бұрын
Talila kormee namaa na ajaaybdeetta dhugaa na boonsite sooressa hunduma qabun ofitti fakkaadhe broye
@wisdomtube2597
@wisdomtube2597 3 жыл бұрын
Qaxalee ilmaa jabaadhu!❤️
@kenaboru6663
@kenaboru6663 3 жыл бұрын
Taliilaa kormee nama!!
@ooyiruumedia4133
@ooyiruumedia4133 3 жыл бұрын
Waaqayyo sii ha eguu.
@abdifeyissa1415
@abdifeyissa1415 3 жыл бұрын
Gurbaan kunii beekumsaa guddaa qaba, lubbuun kee haa buluu jabaadhu
@gulumadegefa888
@gulumadegefa888 3 жыл бұрын
guddadhu namawaaqayyoo afaan waaqayyo ittiin si`uume dubbachuun cubbuu miti
@gwalbo7547
@gwalbo7547 3 жыл бұрын
Amma yaa jarana, 'Media'_n kun dhimma afuuraa irratti hojjata immoo, akkamii? Mee itti haa yaadamu!
@warqiicaalaa9411
@warqiicaalaa9411 3 жыл бұрын
Ebbifamii isiin lachaanu ebbifamaa!
@wondimufufa7071
@wondimufufa7071 3 жыл бұрын
The most Top man
@nunafiker8105
@nunafiker8105 3 жыл бұрын
Really????????
@letatamane4861
@letatamane4861 3 жыл бұрын
nama kanaaf ammallee eegumsi utuu godhameefii bayyee natti tola. qaaliikeenyaafi nama waaqaati
@fghfffgdf2904
@fghfffgdf2904 3 жыл бұрын
Ebbiffamii dacha
Best KFC Homemade For My Son #cooking #shorts
00:58
BANKII
Рет қаралды 59 МЛН
Heartwarming Unity at School Event #shorts
00:19
Fabiosa Stories
Рет қаралды 20 МЛН
Sigma girl and soap bubbles by Secret Vlog
00:37
Secret Vlog
Рет қаралды 8 МЛН
Etv- lnj. Talilaa Dheeressaa Waliin . . .
1:05:14
EBC
Рет қаралды 2,5 М.
Aaf-gaaffii Gammachiis Ittaanaa Waliin Taasifame
31:07
Fitche Selale Mekane Yesus
Рет қаралды 202
Jiruu fi Jireenya Jaamboo Jootee
1:09:35
OMN
Рет қаралды 282 М.
Waanan Mootummaa mormeef Muumichi Ministeeraa na badhaase!!
47:00
Qaanqee Show
Рет қаралды 33 М.