Waldaa JCP qalbii diddiirrachuun jiraayi?/Taj. Abdii Dabalaa - Keessummaa Mo'aa

  Рет қаралды 13,980

MO'AA TV

MO'AA TV

Ай бұрын

#SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
SAGANTAA KEENYA YEROO HUNDA ARGACHUUF FUULAA FACEBOOK KEYNAA LAYIIK GODHAA. 👇👇👇
/ moaatv
CHAANALLII KEYNAA YUUTUBII SAABISKIRAYIB GOCHUUN SAGANTAALLEE KEYNAA YERROO HUNDAA BAKKAA HUNDAATTII HORDOFUU DANDEETAAN. 👇👇👇
/ @moaatv479
Copyright ©2020: Mo'aa TV
Note: unauthorized use, distribution and re-upload of this content is strictly prohibited

Пікірлер: 137
@astergurmessaaofficial2327
@astergurmessaaofficial2327 Ай бұрын
Dhugaadha kessuummoota kessaan bayyeen jaaladha akkasummaas akkata itti af gafii gottaan hedduu tasgaaba'a kan ta'e fi kan nama hubbaachissuudha tv mo'aa guddaa eebbifama jabaadha ❤
@onlyjesus7594
@onlyjesus7594 Ай бұрын
Jalqabaaa irratti qophessotonii Tv mo'aa Galatomaa itti fufaa❤ HOJJETA KIRISTOOSI ABDOO Goftaan Aayyaana sifa Baayisuu dhugumaa dhugumaa Baayee itti Eebbifamaa jira Barsisaa wangeela karaa kee nuf darbuun Jabbaadhuu Hafii keessaa jiraadhu waqayyoo siha Eebbisuu ❤❤❤
@HappyCheeseBoard-rq4nb
@HappyCheeseBoard-rq4nb 26 күн бұрын
Abdii nama guddaa nama waan gaarii irraa baradhe nama addaa nama waaqayyoo enyu irra adda godhee dibee dhalootaf kaase dhugaa😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Baay'en jaalladha waaqayyoo umurii isaa nuuf haa dheeressu 🎉
@DanielKitesa-fv3rm
@DanielKitesa-fv3rm Ай бұрын
Brother abdi nama waqqayyo akkan dhimma isa itti bahaacha jiru ebbifami❤❤
@debelawakjira8450
@debelawakjira8450 Ай бұрын
Gaafiif deebii gaarii turee warra kanan dura dubbii sagalee waaqayyoo karaa bira irraa hubacha turaniif waan baayee irraa hubbatuu jedhen yaada eebbifaamii nama waaqayyoo God is bless you Abdicho❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@faarffannaaafaanoromoo908
@faarffannaaafaanoromoo908 Ай бұрын
Jalqabarratti tv moa waaqayyo guddaa isin haa eebbisu Eebbifamaa Itti aansuun Tajaajilaa abdii naman baay'ee jaalladhuf ayyaanni waaqayyoo akka addaatti ittiin hojjechaa jiru nuuf Eebbifamaa 🥰🥰🥰🥰🙏🏻🙏🏻🙏🏻 Barsiisa namni kun barsiisu baay'eetti jireenya kiristaanummaakoo jabessa yeroo hundaa 🙏🏻🙏🏻 Itti aansuun haasaa keessan isa dhumaarratti plc tajaajiltoonni afaan oromoo wal affeeraa akkuma obboloota kaanii isinis wal affeeraa hojii waaqayyoo waliin hojjedha adaraa keessan hir'inni tajaajiltoota afaan oromoo inni guddaan kanadha ishee kanammol hundmtuu akka sirreessu barbaanna🥰🥰🥰🙏🏻
@TokumaChimdesa
@TokumaChimdesa Ай бұрын
Waaqayyoo inni abbaa hojii kana ta'ee haa jajamu akkasumas Tajaajilaa abdii fin hojjettota tv mo'a Ebbifamaa Tajaajila abdii wali part:2akka dhuftan abdi isin eegna eebbifama
@ituumucaajalalaa327
@ituumucaajalalaa327 Ай бұрын
Wowow bayyeemaa namatti tollaa ani lallabaa abdii dhagefadhee hin qufuu goftaanni ayanaasa sinffii haa bayisuu namaa waqayyoo 🥰🥰🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@dhalootabarbaanna
@dhalootabarbaanna Ай бұрын
Wowow wowowow Nama kana baay'een jaalladha dhugaa gooftaan guddaan isa haaebbisu ❤ waaldaa isaanii waanti adda godhu seexana iyyitee gagalattu post godhu osoo hin taane barsiisaa sagalee waaqayyoot kan argu ebbifama dachaan jabaadha
@manuapape8601
@manuapape8601 Ай бұрын
Tajaajilaa kenyaa sireefama bakka dhalota kee.QELEM WOLLAGGA .umrii dheraa nuuf jiraadhu.
@annanimer-xc6gh
@annanimer-xc6gh Ай бұрын
My favorite Abdi 🥰🥰🥰🥰❤️❤️ Dhugaa waqayyoo ani ija banen ega JCP church Dhaqee irmachuf hawwi gudda qaba Garuu waqayyotu bekaa 😭
@user-ll4vh4fj3b
@user-ll4vh4fj3b Ай бұрын
Waan Aji'baati dhugaa Ebbifamii nama Jabbaa Koo❤❤
@FiromsaDagabaas-h1z
@FiromsaDagabaas-h1z 6 күн бұрын
Ayyaanni Waaqayyoo Baga siif baay'ate Abdii Af gaaffiin Kan gooteefii obboleesso keenya Eebbifami Viwuun namootaa garaagara Abbaan kennaa dha Garuu Ayyaanni Laayiseensii cubbuu miti Dhugaa dubbachuuf garuu haasaan kun darbee darbee kun ni dubbatama eebbifamaa
@user-rs4ru4vv5g
@user-rs4ru4vv5g Ай бұрын
Wowww baayee namatii tola naman baayee jaladhu guddaa Ebbifama❤❤❤❤❤❤
@ComCeill-u5t
@ComCeill-u5t 18 күн бұрын
Dhugaadha isaa waa'ee Ayyana jeedhanii kasan itti dabalanii malee w/Abdiin akkas jeedhe hin barsiisiinee eebbifama
@takaludabalaa8968
@takaludabalaa8968 Ай бұрын
Ebiifamaa namotaa gooftaa hundii keessaa🎉🎉❤❤
@ebisatasfa
@ebisatasfa Ай бұрын
Gaafa akkasitti osoo hin waakkatin inni dhugaan, sagalee waaqayyoo dubbatamu keessi namaa isa dubbatamuun olitti baay'ee qabbaneeffata! amallee dubbiin akkasii namoota akkas bilchaatoo wajjin akka itti fufu isiinin jedha! Eebbifamaa❤
@FiromsaaRegasa
@FiromsaaRegasa Ай бұрын
Nama cimaa waqayyoo kasee ❤❤❤
@misganeragasa7077
@misganeragasa7077 5 күн бұрын
Taajajilaa kuun nama ayaannii waaqayyoo irraa jiruu taajajilaa saaniittii baayeen ebbifaammaa waaqayyo inii akkaditii ayaanasaa sinif baayisee ergaa guurgudaa kaaraa keessan nuuf daabarsaa jiraa ebbifaammaa jabadhaa
@gurmutadesaol-qabaa6773
@gurmutadesaol-qabaa6773 Ай бұрын
Brother Abdi. Bayyeen Tajajilake Jaalladha. Ati Jabaadhuu Ammayyuu Sagalee Waaqayyoo amma hubaattee caalatti barsisii. 🙏🏻❤ Eebbifami.
@dhaabeeligaabaa5964
@dhaabeeligaabaa5964 Ай бұрын
Wawoo dhugaa Ebifaamaa kessumota jajjabo❤❤❤
@EliasAmenti
@EliasAmenti Ай бұрын
Woooow brother abdii naman baayyee jaalladhuuf kabaju. Akkasumas tv Mo’a waaqayyoo dachaa sin haa eebbisu. Jalqabni keenyi Giddu galeessii keenyi Xummurri keenyis yesuus kristoosidha. Kanaaf waldootiin kristiyaanaa ammallee yesuus kristoosin lallabuuf barsiisuutti debi’u qabdu. Akkasumas nuti ykn namni kan fayyu hojii gaarii hojechuun utuu hin taanee yesuusitti amanuun fayya kanaafuu unmata alaaf mana guutee tau waa’ee saba isiraael barsiisuu caalaa waa’ee fayyina karaa kristoos nuuf hojjjetamee barsiisaa. ❤❤❤ abdiko baayyeen si jaalladha. Nuti ayyaanan fayyine. ❤
@lenseragasa2327
@lenseragasa2327 12 күн бұрын
Ebbiifamaa Ebbiifamaa Ebbiifamaa Ebbiifamaa Ebbiifamaa Ebbiifamaa 🥰 🥰🥰🥰
@JiregnaJesus-tj8ld
@JiregnaJesus-tj8ld Ай бұрын
Eebbifami Abdii koo!
@DararaErena
@DararaErena Ай бұрын
Smart mo'aa
@bachamulatu9617
@bachamulatu9617 Ай бұрын
Ani Makana Yesuus keessan waaqeffadha. Waaqayyo si haa eebbisu. Nama barsiisu hedduu argeera isaan keessaa ati tokko.
@user-ll4vh4fj3b
@user-ll4vh4fj3b Ай бұрын
Namaa Ani Bayee Jaalaadhu Ebbifamii❤❤
@Allinone-ne6ey
@Allinone-ne6ey Ай бұрын
Keessummaa tasiftanii dhiyeessuu keessan baayyee jaaladheera. Eebbifamaa, nama Waaqayyoo isinis eebbifamaa
@user-lb8zv1ed2j
@user-lb8zv1ed2j Ай бұрын
Wow ebbifamii abdii lalaba isaa baay'ee jaladhaa dhugaa umurii dheraa nuuf jiradhaa
@user-jh3cj3nj3v
@user-jh3cj3nj3v Ай бұрын
Nama AyyaanniiWaqayyoo irraa jiruu Abdii nuuf jiraadhaa ❤❤
@user-hx7ik6mt4z
@user-hx7ik6mt4z 4 күн бұрын
Ebbiifaamaa Ebbiifaamaa 🥰
@singermesiiAnbesa
@singermesiiAnbesa 27 күн бұрын
Uuufff ebbifama ebbifama nama waqayyo
@user-eo1tl5vi5v
@user-eo1tl5vi5v Ай бұрын
Namaan bay'ee jalaadhu ebifama 🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️
@user-fc8jr3fx1t
@user-fc8jr3fx1t Ай бұрын
Nama waqaayyoo abdi bayyee namatii toltaa waqaayyoo sii ha ebisuu❤️❤️
@user-ig7il1cy6x
@user-ig7il1cy6x 13 күн бұрын
Waqayyoo Gargaaradha dhuga ❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@GadisaEtefa-ry3ni
@GadisaEtefa-ry3ni Ай бұрын
1ffaadha like fi comtdhan warra moa😅😅
@JalaleHika
@JalaleHika Ай бұрын
Jalqabarratti Tv mo'aa galatoomaa! Itti aansuun barsiifni waldaa kiristaanaa keessatti barsiifamuu qabu kanumadha.garuu warri yaadasaanii waanbiyya lafaatti hidhanii foonsaaniitiin fayyadamuu barbaadan Akka carraatti,warrimmoo utuu barsiisicha hinhordofin maqaa AYYAANAA dhaga'uu jibbanis jiru.kanaafuu hundumtuu deebii argateera jedheen yaada.eebbifamaa
@user-cl3tg8nz6z
@user-cl3tg8nz6z Ай бұрын
Qophesitootaa TV mo,aa ebifamaa dhugaa abdii Waqayyoo baraa kee haa ebisuu dhugaa Namaa Adaatii❤❤❤❤
@amentitesfa7666
@amentitesfa7666 Ай бұрын
Much Grace Brother Abdi Debela!
@AbdiLamesa
@AbdiLamesa Ай бұрын
The only answer about grace is grace is above sin
@YadesaKisi-hx1ul
@YadesaKisi-hx1ul Ай бұрын
Wow AMAZING!!!👌👌👌
@jiituuoromoo860
@jiituuoromoo860 Ай бұрын
Naman baayee jaladhuf kabaju Abdii ebbifami jabaa namaa ♥️🙏 God bless you ❤
@user-ir6ek5bs1d
@user-ir6ek5bs1d Ай бұрын
Ayyaanni gooftaa keenyaa yesuus kiristos siif haa baay'atu. Wangeela Waaqayyoo yesuus kiristoos malee ulfinni hin jiru. Ameen Haaleeluuyyaa!
@user-um3fy8tl4x
@user-um3fy8tl4x Ай бұрын
Wow nama bayee barsisa sa jaladhu abdi ebifama namatii ati ❤❤❤❤
@DugoEshetu
@DugoEshetu Ай бұрын
It is amazing advice
@SamuelNeggesa
@SamuelNeggesa Ай бұрын
Gaaffiinko deebi'era
@filiberamanii
@filiberamanii Ай бұрын
HUBANAA HAFURAA QULQULUU GUTEDHAA HEDDUU NAMATII TOLAA AYYANII SIIF YAA BAYYATUU
@samuelnegero3564
@samuelnegero3564 Ай бұрын
WOW NI JIRAATAMA DHUGAADHA WITNESS LEE , WACHMAN NEE ABDII DABALA DHUGAADHA ISAAN SADAN KUN JIREENYAKOO JIJJIRANIRU. DHAGAHUUFI DHAGEFACHUUN GARAA GARA ( DHUGAADHA ANI NAMA CARRAATIN DHALATEDHA , ANI NAMA IJI ISA BANAMEFI DHAGETTIN GURRA KOO ILLEE BANADHA DHUGAA DUBBACHUUF ANI NAMA AMANE QOFAA OSOO HIN TAANE NAMA JIJJIIRAMEDHA , SADARKAA DHUGAA BEEKUUTTI KAN NA FIDE NAMOOTA SADAN KANA ) OBBOLOOTAKO WAAQAYYO ISIIN HAA EEBBISU NAAF JIRAADHA..!!!!!!!!...
@misgooalem5698
@misgooalem5698 Ай бұрын
Gooftaan daddabalee isin haa eebbisu ayyaanni gooftaan keenyaa isiniif haa baayyatu. Guddaa galatoomaa tv moaa
@burtukanasefa6069
@burtukanasefa6069 Ай бұрын
Warraa Mo'aa Galatoma ❤ T /A/❤
@jawwal3873
@jawwal3873 Ай бұрын
Namni Ayyan waaqayyoo Argate garaa Ayyan sanati gudata malee garaa cubbuutti hin gudatuu❤
@onlyjesus7594
@onlyjesus7594 Ай бұрын
Warra dhimaa irraa Akkasumaa qofatii basee Leenjisee hojjechifataa goftaan keenyii ❤❤❤
@user-rg4jq1jt6h
@user-rg4jq1jt6h Ай бұрын
jabaadha ,h/wangeelaa Abdii waqayyoo sa eebbisuu
@user-oy2lz7vb3h
@user-oy2lz7vb3h Ай бұрын
Namooni kenyaa gafaa wangarii hojetuu siiduraa dhabatanii sii danquu kanaaf atii jabadhuu dhabadhuu Waqayyoo sii waajiin jiraa
@yosephmekonnen1385
@yosephmekonnen1385 Ай бұрын
Man of love Brother Abdi Debela
@user-bo8cs7ef8u
@user-bo8cs7ef8u Ай бұрын
Abdii nama waaqayyo Eebbifami ayyannii siifaa baayyatu
@janatjana658
@janatjana658 Ай бұрын
Mo,atv ebbiffamaa akksumasii obbooleleesa koo abdi ayyani waqayo sifi haa bay,tuuu ebbifamii
@user-gq2hb5ey3t
@user-gq2hb5ey3t Ай бұрын
Wawo ebbifaama baruumsa sanii baay'een jaalladha❤❤♥️♥️
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 Ай бұрын
❤❤❤
@AlemneshTarikuTarikuAlee
@AlemneshTarikuTarikuAlee 26 күн бұрын
❤🎉
@AyyaanaaTaakkalaa
@AyyaanaaTaakkalaa Ай бұрын
Dhugaa keedha Abdii Dabalaa deebi kee hundumaa jaaladhera
@user-bu9zr5cy8k
@user-bu9zr5cy8k Ай бұрын
𝐰𝐰𝐰𝐰𝐰𝐰𝐰𝐰𝐰𝐨𝐨𝐨𝐨𝐨𝐰𝐰𝐰𝐰𝐰 𝐞𝐛𝐢𝐟𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐝𝐚𝐜𝐡𝐚 𝐝𝐚𝐜𝐡𝐚𝐝𝐡𝐚𝐧𝐢𝐢
@kenbontamiru9564
@kenbontamiru9564 Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@mamitofujairah6199
@mamitofujairah6199 Ай бұрын
Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa maatii waqayyo 🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@BikilaAbabe
@BikilaAbabe Ай бұрын
Ebbifam
@ayyeeorocell9778
@ayyeeorocell9778 Ай бұрын
Wawu waqaayyoon si haa ebbissu nama waqaayyoo ebbifama
@iyasuebisatube4129
@iyasuebisatube4129 Ай бұрын
Jabaa keenya nu jabeessaa ayyaana Waaqayyootu irra jira!
@TsehayFikadu
@TsehayFikadu Ай бұрын
Ebbifamaa
@BorifanChala-to5nv
@BorifanChala-to5nv Ай бұрын
Brother Abdi dhugaa eebbifami! Waa'ee isa itti fayyinee caalaas maaltu mata-duree dubbii nuuf ta'aa?
@FekaduGaroma
@FekaduGaroma Ай бұрын
Eebbifamaa. Brother Abdii (JCP),durumaa kaasee karaa utube nan ilaala Barumsa Sirrii hafuuraan gaggeefamee Barsiisa. Nama waaqayyoo nuuf kaasedha!
@temperedglass2356
@temperedglass2356 Ай бұрын
Wwwooww barumsaa Baye namatitoltu, 💘❣️🥰🥰🙏🙏
@Bonagech
@Bonagech Ай бұрын
Brother Abdii galatoomii jechaa garuu akka gaaffiitti dinqii fi milikkinni gara gara ulfinaa waaqayyoo akka mulis'uu yohn 11 irratti Alaazaar du'ee akka hafuuf miti, ulfina waaqayyoo akka muli'suuf. Kan jedhuu akkamitti ilaalta.
@mergaetefaofficial9943
@mergaetefaofficial9943 Ай бұрын
brother abdii guddaa galatoomi dhugaa waan baayyeen sirraa bare
@JenthOro
@JenthOro Ай бұрын
Abdii nama jaalatamaa waaqayyo bara kee haa eebbisu
@WekjiraGonfa
@WekjiraGonfa Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤ Jaalala 1Qor. 13
@WabiNo-rm5pn
@WabiNo-rm5pn Ай бұрын
Waaqayyo isin haa eebbisu! Dhiima rakkina Kiristiyaana Protestant Yeroo ammaati. Ani Wabii Goobanaan jedhama. University Jimmaatti barataa fayyaa (Med.Lab.) Waggaa sadaffaati. Asumallee rakkoo kanatu barattoota keenya jeeqaa jira. waanta Taj. Abdiin deebise sirrii natti fakkaata. araara altakkaa qofa arganne, dhiifama garuu guyyaa guyyaatti arganna jedheera. Haa ta'u malee, namni amanee fayye tokko cubbuu kamuu yoo godhe, araara lammaffaa kadhachuun isa hin barbaachisu akka jechuuti. kana jechuun takkumaa cubbbuun mootummaa Waaqayyoo isa dhowwatu hin jiru akka jechuu natti fakkaata. Kanaaf dhimma araarri al tokkicha godhama jedhurratti, dhiifama kadhachuu fi kadhachuu dhiisuun mootummaa Waaqayyoo nun hanqisu jechuudhaa? yaada dabalataan barbaada. Eebbifamaa!
@FekaduGaroma
@FekaduGaroma Ай бұрын
Waaqayyo isin haa ebbisuu, Waldaa JCP karaa utube durumaa kaasee Nan ilaalaa Barumsa guddaas irraa argadheeraa, Barumsa Sirriidhas!
@Makiypido
@Makiypido Ай бұрын
An muslima garu barsisa namichaa kana bayyen dhagefadhaa
@TakiluJetu-xe8me
@TakiluJetu-xe8me Ай бұрын
Waaqayyoo bara jireenya kee yaa eebbisuu
@user-dp1uw1pm1g
@user-dp1uw1pm1g Ай бұрын
❤❤❤❤❤😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉
@mitikudumesso7110
@mitikudumesso7110 Ай бұрын
Ebbiffaami nama waaqayyoo
@Singerbontuulataa
@Singerbontuulataa Ай бұрын
Garaa xumuraatti lallabaa jalqabdanii see e waqayyoo guddaa sin ha ebbisuu ebbifama ebbifama
@gemechuwakenederesa4412
@gemechuwakenederesa4412 Ай бұрын
Baay,ee namatti Abdi Dabala ayyaanniisaa siif haa dabalu ammallee....
@dagnumelion4763
@dagnumelion4763 16 күн бұрын
Abdi nama baayee jaaladhu dha Goftaan bara kee hundumatti sii Haa ebbisuu
@liloaf5884
@liloaf5884 Ай бұрын
Eebifaamii jallaattaammaakoo❤❤❤❤
@Derartu-kr3rx
@Derartu-kr3rx Ай бұрын
Wwwaaww ebbifamaa ayaani sinif habayatu 🎉
@Sinbo-wi1ul
@Sinbo-wi1ul Ай бұрын
Abdii ebbiifaami dhugumaa barumsii kee karaa kiristos bekuuti namaa guddisaa
@user-do4ge5ux7k
@user-do4ge5ux7k Ай бұрын
Eebbifaama barumssaaa guuddadha
@DagimMelaku-tg9ne
@DagimMelaku-tg9ne Ай бұрын
❤❤
@aragusori5021
@aragusori5021 Ай бұрын
Tv mo'aa ebbifamaa nama waqaayyoo Abdii bayyee naman jalladhuu goftaan ayyanasa isaaf haa bayyisuu waldaa JCP bayyee jalladha kessuma Warship achitti ta'uu bayyee nama ebbifamaa.
@user-ln8qv4bc1g
@user-ln8qv4bc1g Ай бұрын
Wwwowwo ebifaamaa dachaa hubbaata nama!!!!!! ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@oromoohits4921
@oromoohits4921 Ай бұрын
I love abdi dabala 😢
@yisihaktesfaye2728
@yisihaktesfaye2728 Ай бұрын
Nama guddaadha dhugaa.
@jawwal3873
@jawwal3873 Ай бұрын
Dhugaa namaa jaba Abdii eebbifamaa😢
@jiraataadhayesuus8617
@jiraataadhayesuus8617 Ай бұрын
Dabalaa naman lallaba isaa jaaladhu❤
@Toli_God_is_great
@Toli_God_is_great Ай бұрын
❤❤❤❤❤
@burtukanasefa6069
@burtukanasefa6069 Ай бұрын
Eebifama❤
@HappyCheeseBoard-rq4nb
@HappyCheeseBoard-rq4nb 26 күн бұрын
Umuriin 35 ta'uu qaba😅❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@DebisaDibaba
@DebisaDibaba Ай бұрын
baay'ee nama barsiisa....Eebbifamaa !!
@user-nb3fi4ts6z
@user-nb3fi4ts6z Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
Final muy increíble 😱
00:46
Juan De Dios Pantoja 2
Рет қаралды 51 МЛН
버블티로 체감되는 요즘 물가
00:16
진영민yeongmin
Рет қаралды 110 МЛН
I wish I could change THIS fast! 🤣
00:33
America's Got Talent
Рет қаралды 118 МЛН
KOFIN TEAM || WORSHIP NIGHT || JCP MULTIMEDIA || JCP BAND ||2023
34:10
"Du'een Ture"/Obbo Daggafaa Shifarraa - Iyyaafannoo
30:47
MO'AA TV
Рет қаралды 8 М.
DOORSIFAMAA JIRAANNA! ING TALILAA DHEERESSAA | MO'AA SHOW
1:05:48
DHAGAA JIRAATAA || ABDI DEBELA ||  JCP CHURCH || 2023
15:08
JCP CHURCH
Рет қаралды 7 М.
Keessumaa Mo'aa - Faar.Eliyaas Gabulaa waliin
1:05:17
MO'AA TV
Рет қаралды 7 М.