Galgala Galgala Obbolaasaatu Baay'ee Na Rakkisa

  Рет қаралды 8,984

Gemmechis Teshome

Gemmechis Teshome

26 күн бұрын

Galgala Galgala Obbolaasaatu Baay'ee Na Rakkisa

Пікірлер: 91
@user-ss4wp1mq7l
@user-ss4wp1mq7l 25 күн бұрын
Wari akka Koo qopi Gaamee hilaluu jalatanii Fi hawinii egatanii laikii godhaa 🥰🥰
@user-ss4wp1mq7l
@user-ss4wp1mq7l 25 күн бұрын
Yaa bareduu Koo jirenyaa Kee kesatii bu,aa bayii bayee dabarasitee habaa ijolee walinii Kani garagarii sii basuu barabadee obolaa satii kanafuu Malo dhifamaa walifi godhatii gailaa Kee ijolee Kee walinii jiradhaa baraa. Kanaa kesatii Kani garagarii namaa basuu malee Kani walitii sini debisaa jedhuu hin jiruu jirenyii wataa eduu nama gotii galii dhifamani jiruu Kee iti fufii gamachuu ijolee Kee hin dhowatinii Hadhaa Fi Abanii ijolefii hibisitudhaa galii mana ketii 🙏🙏🙏🙏
@kumemiessa9007
@kumemiessa9007 24 күн бұрын
Anis yaada keetirra wan adda qabu abbaa warrashee isa jalqabatii ta.us ishiin ballessa qabduu kanafuu deebitee jireenya ishii kessaa ha jiraatu 😢😢❤❤
@user-dq8rh6lo5t
@user-dq8rh6lo5t 24 күн бұрын
Obbolleetti koo ga'eellii har'aa ijaarannii bor hin digaani darbeemoo waliin dhala godhaattini waan baay'ee dabarsiiteta... akkumaa abbaan kee jedhaan atii garaa dhifaama ofiifis qabaadhu Abbaa warra keettifis dhifaama godhiitti galii ijjoollee kee fi Abbaa warra kee waliin jiraadhu... irraa addaan battee seexana hin gammaachisin Obbolleetti koo Abbaa warra keetti deebi'ii ❤❤❤❤
@HuzeefaJihad
@HuzeefaJihad 10 күн бұрын
Inni abbaa manaa abbaa ijoollee keetii isa dhugaa waan ta.eef erganni naaf gali jedhee si kadhatee galiiti yaali yoo siif ta.e waliin jiraatta yoo siif hin taanemmoo ni dhiista 🎉❤
@user-hl9wq6rk4s
@user-hl9wq6rk4s 25 күн бұрын
Dogoggorri guddaan si bira jira obboleettii koo; maalifi yoo jette waan obboleewwan isaa sirratti raawwachuuf barbaadan dursitee itti himuu qabda.abbaatti ykn abbaa warraa keetitti himachuu qabda malee dogoggora akkasii keessa tasuma seenuu hin qabdu.yoo haalli jiru sitti ulfaate illee wajjin jiraachuu hin qabdu maatii isaanii bira deemtee achitti daa'ima kee guddisuu qabda turte.amma abbaan warraa kee omaa sin goone jaalala bultii kee ni qabda taanaan wqy cubbuu koo naaf dhiisi jedhiitii isatti araaramin jedha akka yaada dhuunfaa kootti Namoonni haala kana fakkaatu keessa jirtan immoo dursaatii qaama himamuu qabutti himadhaa malee bultii keessan cubbuudhaan hin jeeqinaa namni tokko namuma tokkoof uumame.galatoomaa
@zeinb215
@zeinb215 24 күн бұрын
Yeroo san osoo kan dubatus taate hin amanan obolan lamaan walii galanii wan dhiira biraa qabduf maqaa nu balesiti jechuuni danda'u
@user-pl7fw3he7g
@user-pl7fw3he7g 21 күн бұрын
Lakii itti de.ebbiti waliin jiradhuu bu.a bahin Akkuma jiru hubbadhu galiifi❤❤❤❤❤❤
@isaaisaagarbii9810
@isaaisaagarbii9810 24 күн бұрын
Rabbin dhiifaamaa siif ni godha ta'a gaeelateetitti deebii jiraadhuu
@SherineSherine-dc7mj
@SherineSherine-dc7mj 15 күн бұрын
Waqaayo abaa Ararati waltii Ararma waqaayos Arara isnf godhaa ❤❤❤❤❤❤❤
@Bakalu-ui3yh
@Bakalu-ui3yh 24 күн бұрын
Ani itti Deebihii Sin Jedha Waqaayyoo Harara Jaalata ❤❤❤❤
@SabitNajeb
@SabitNajeb 22 күн бұрын
Yoo INI dhifama sif godhe woliti debiha dhuga dubachuf abban man's keti nama garii dha❤😢
@derbiderbi9026
@derbiderbi9026 20 күн бұрын
Kalasa abba mana.keeri deebiii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@ZinarreeTolchaa
@ZinarreeTolchaa 25 күн бұрын
Dhiifamaa waaliif godhaa jirenyaa kee Abba mana kee wajjin itti fufii sistu koo rabbiin obsa siif haa kenu 🙏❤❤❤ Mee warii matii gamee tatan nafis Matti ta'aa❤❤❤❤
@boontuugelaa278
@boontuugelaa278 24 күн бұрын
Jabadhuu hadhookoo ❤❤❤
@gomessagurmessa9415
@gomessagurmessa9415 24 күн бұрын
Ga'eela keeti deebi isaatis dhugaa jiruu himi waqayyoof dhifama gaffadhuu
@dinqineshiidinqineshii
@dinqineshiidinqineshii 25 күн бұрын
Seennaa namaa gaddisisuudhaa!😢😢garuu otuu abbaa mana eshiit deebitee garidhaa!❤
@zxczxc3083
@zxczxc3083 24 күн бұрын
Abbaan mana kee waan siin godhee hin qabuu galii isumati debi'i jiradhuu uttuu inni lubbuun jiruu yoo dhiftee nama Kan birati herumtee cubbudha waqaayoof hin jalatuuu abba kee warraa sii gorsaan dhaga'in dhamsaa koti 😢😢😢bultii kee ganamati debi'ii
@user-yd1sh4vi5o
@user-yd1sh4vi5o 24 күн бұрын
Welcome Gamme kenya ❤
@BashaduuTube-lv1cv
@BashaduuTube-lv1cv 25 күн бұрын
Jarqabaa laikii godhaa ani laiki godhenii jalqabee👍
@barissohamza6810
@barissohamza6810 11 күн бұрын
Kun Rakko keeti malee Rakkoo obboleyaniiti miti. Maaliif jennaan duutetuma baduu qabda ture isaan waliin cissuun sirraanture rakkoof jettee. Yoo dirqamaan si gudeedaaniin alaatti rakkoo isaani duwwaa tahun dandayu. Akkuma amma addan baate kanaatu irraa siif jira. Erga takka bukkeessitan
@Hababaye
@Hababaye 24 күн бұрын
Itti debi gaila keti jedha ani😢❤
@wayintasfaye3975
@wayintasfaye3975 24 күн бұрын
Dhifama godhifi iitti debi'i Rakkon iisaa biraa miitti jeeratuu giiddu keesan shenani kanafi imoo ijoolee keetti Abba oroma hin fidiini
@fayisedadi7322
@fayisedadi7322 24 күн бұрын
Uuffeeyyii baye gara naama nyata Obblti koo waqayyoo waqaa araraa qabesa kadhadhu gali gale keti 😢😢❤❤❤❤❤
@Asni-lx8kg
@Asni-lx8kg 24 күн бұрын
Rabi osa sifi ha kenu qali to❤❤❤
@LiyuNadda
@LiyuNadda 8 сағат бұрын
Obisitu wani hundaa
@BashaduuTube-lv1cv
@BashaduuTube-lv1cv 25 күн бұрын
Kotaa matii ganee senaa bardaa dhagefamaa👌
@quluceiluu5780
@quluceiluu5780 24 күн бұрын
Gali Itti Debi Ati balesaa Hin Qabdu Wan Tahef
@user-he2gz6cz1n
@user-he2gz6cz1n 23 күн бұрын
Eeyyee sirriidha anillee Gammeekoo otuma gaa'ilaa isheetti deebistee guddaan gammada 🌺🌺🌺
@NtvNtvhawii-sh6py
@NtvNtvhawii-sh6py 24 күн бұрын
Waqayoo abbaa dhifamaa tii dhifamaa kadhadhuu waqayoon rakokee nibekaa obooletii koo dhugaa jiruun kadhanaa godhadhuu laphee qulquluu dhan gali.iiketii debi.ii❤❤
@debelujima4625
@debelujima4625 25 күн бұрын
Itti debbi'uu qabdii dhugaa ishee ergaa baate dhugaan immoo ilmoo rabbitti waaqni dhugaa beekaa araramii jenan ❤❤❤
@billaancha8394
@billaancha8394 24 күн бұрын
Mana keetti deebi’i abbaa manaakee kan ijoolleekee woliin bu’aa bahii jireennaa keessa darbite kan waan baayyee itti kasaarte galii hojii mataakee hojjadhu abbaa mana kee woliin maatiirraa fagaadhuu jiraadhu ❤ jireenya milkii fi gammachuu siif hawwina abbaakeetis gara waaqasaatti akka cimu jajjabeessi jabaadhu nagayatti
@user-cm6no7cn6o
@user-cm6no7cn6o 24 күн бұрын
Dhifamaa woli godhaa wolit debiaa isumaa sif woyaa biyii namaa woroo sii hin tauu wani hunadafuu isumaa sif woyaa qalii tiyaa ijolee keessaan wolin galmaan gayadhaa😢😢❤❤
@MasaratUlfina-hr7tz
@MasaratUlfina-hr7tz 23 күн бұрын
Dhifamaa godhiifi wajiin jiraadhu dogogorii wanuma jiruu abba daima keti waqayonis arara kadhadhuu isumatii kabajamtaa atii
@QamaruuAbdii
@QamaruuAbdii 24 күн бұрын
Obaa man ketii debii obsolete ko😢😢 dhiffama woliffi godhaa
@Mirf-no2po
@Mirf-no2po 22 күн бұрын
Oboleeti koo sumaa jalqaba sanatii deebii
@AbdulbasixNagaa
@AbdulbasixNagaa 24 күн бұрын
Debihii RABBIf qulqullu ta'ii
@meskeremtujiba9327
@meskeremtujiba9327 24 күн бұрын
Waqayoo abba dhifamatii galii abba mana keeti ararami ijolle ketif jedhiti
@orosabontuarsii5162
@orosabontuarsii5162 24 күн бұрын
Jireenya gadagoo heduu obsaan dabarsite jirta amma erga Abbaan mana kee si barbaade ismati deebi'i waliin jiraadhuu
@BontuAbera
@BontuAbera 25 күн бұрын
Nagaan isinif haa ta'u manaa kanaaf obboletii koo dursaa waqayyoon dhifamaa kadhadhuu lamatamoo galii abbaa manaa kettii debi'ii ijolee kee gudifadhuu ijoleen abbaa malee hin bareedduu attisimoo dhugaa jiruu ittii himitii amansisi hadhoo koo 😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥
@FatxiyaaCissee
@FatxiyaaCissee 25 күн бұрын
❤❤❤❤
@BakarMusa-xo8yo
@BakarMusa-xo8yo 25 күн бұрын
Yoyyaa ❤
@faaxeelove8142
@faaxeelove8142 23 күн бұрын
Jarsuma keeti deebi'iin rabbii kee dhifama kadhu lubbuu kanaf abshir Abbaa ijoolee keetif wan baayee obsitetaf wan ta'eef
@KiyyaayyeeKenna
@KiyyaayyeeKenna 24 күн бұрын
Kan akka koo seena gammachis jalattan obsan eggatan like 👍
@grdb9860
@grdb9860 25 күн бұрын
Baga dhufte g koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@DerartuDerartu-sf1hj
@DerartuDerartu-sf1hj 25 күн бұрын
Gamme Keenya jabaadhu❤❤❤❤
@FeyisaBeyena
@FeyisaBeyena 25 күн бұрын
Galii cubbuu isaatu si qaba gali!!!🌹🌹🌹
@sumayafiqiri
@sumayafiqiri 25 күн бұрын
Anatuu like godhee❤❤
@seyfuuahmad8482
@seyfuuahmad8482 25 күн бұрын
Hin debi,iin ganaa ati jirenyi kee hin toluu wan ta,ef yeroo lammafaa of hin rakkisin
@aishasimale9696
@aishasimale9696 25 күн бұрын
Jiranyaa kee kesatii debii jiradhuu kanii darabee rabbii kenii
@sarraayesuusarraayesuu2081
@sarraayesuusarraayesuu2081 24 күн бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@zeinb215
@zeinb215 24 күн бұрын
Baleesan kan isaati mana ati kessa jiraatu kessa si wajjin akka jiratan godhuu hin qabu ture ammaf yoo dhuguman si jaalata tahe itti deebi'i
@MrshdaMrshda-gl1po
@MrshdaMrshda-gl1po 24 күн бұрын
Aboletii ko halii jiruu qormataa garuu atii injifatee worumsaa kanaa bayuu qabdaa ilmanii tetif obsitee dhifamaa wolii gotanii osoo wolitii debitanii jedhee yafaa inii gutunii gututii si barbadaa jarsee kee atii obolaa isatif jetee bultii tee hin diginii yeroo in hin jiree sitii rorissnisii adhaa garuu abanii manaa kee sif galeraa wanii taeef bultii tetitii debii ilmanii tee gudifadhuu
@NtvNtvhawii-sh6py
@NtvNtvhawii-sh6py 24 күн бұрын
Anii utuu in ilalinii like godheen bodee ilalaa ❤
@AliMohamad-o3u
@AliMohamad-o3u 20 күн бұрын
❤🎉❤🎉❤🎉❤
@AsiaShuferii
@AsiaShuferii 25 күн бұрын
Dhifaamaa godhifii itii debii baqaa jirenyii adunyaa qorumsaa obsaa malee❤❤❤❤
@user-bz7wx7ts3k
@user-bz7wx7ts3k 24 күн бұрын
Ok
@SherineSherine-dc7mj
@SherineSherine-dc7mj 15 күн бұрын
❤❤❤❤❤
@DawitMulisa
@DawitMulisa 21 күн бұрын
Obboletiko bulitiketi Debi waqayo waqa Arara qabessati
@BassaArssii
@BassaArssii 25 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@sumayafiqiri
@sumayafiqiri 25 күн бұрын
G ko 😴 jabadhuu❤🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤
@quluceiluu5780
@quluceiluu5780 24 күн бұрын
❤❤❤
@bulchajibicho1014
@bulchajibicho1014 25 күн бұрын
Galii
@user-hn8lb8vo7q
@user-hn8lb8vo7q 24 күн бұрын
❤❤❤❤🎉🎉
@MekdiGirma-ne7ek
@MekdiGirma-ne7ek 25 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤
@jamaree-mk1kr
@jamaree-mk1kr 24 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤
@yussraamedia3452
@yussraamedia3452 18 күн бұрын
Itti fufaa
@user-xs3zc8ow7m
@user-xs3zc8ow7m 24 күн бұрын
Laakii jireenyaa kee ganama siif waayaaa oboletii koo isumatii deebii,ii egaa dhuugaa jirtuu itiii imteetii
@user-gp6sh3oo3s
@user-gp6sh3oo3s 24 күн бұрын
🥰🥰🥰🥰
@Nabiyat766
@Nabiyat766 25 күн бұрын
❤❤
@MakiyaOromo-tf9cf
@MakiyaOromo-tf9cf 25 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤ gamee❤
@sarraayesuusarraayesuu2081
@sarraayesuusarraayesuu2081 24 күн бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢
@jimmaserboo2428
@jimmaserboo2428 25 күн бұрын
Gamiye yoyaa
@IfaraahAbdalah
@IfaraahAbdalah 25 күн бұрын
Gammee qophii kee Bay'ee baredadha akasuma wan nama Gorosu iraa baracha jira Kirarii masiqoo je'uu kana oso jalla hanabisitee garidha!
@ternashfufa847
@ternashfufa847 25 күн бұрын
Ga, ilaa diguunis cuubbuu guddaadha abbaa mana keetti araarami waaqayyoo n araara gafaadhu
@maryamoro
@maryamoro 24 күн бұрын
Game please lakosa kee barbada
@user-kk5gk4mo1z
@user-kk5gk4mo1z 25 күн бұрын
maloo Ati Rako baye dabarsiteta malo yaa oboletiko gali ilmake gamachisi Abamana keti wolin jiradhu ergini si wame dhifama godhifi malo Ama dhumati wolin jiradha
@MakiyaOromo-tf9cf
@MakiyaOromo-tf9cf 25 күн бұрын
Obolleeti tiyyaa ilmani kee hin harsciain isumaa debiyii ergaa inii si fedhee garuu hiccitii tatee gutuu abbaa manaa ketiti hin himni 😢😢😢😢 annii osoo isumaa debitee sifi hawaa garuu woli cisuu duraa osoo dimani kee fudhatee manaa Sani batee jiratee Mali qabaa🤔
@bertaamoud4997
@bertaamoud4997 25 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@MitiMamuyi
@MitiMamuyi 9 күн бұрын
❤❤❤
@Birkisa
@Birkisa 25 күн бұрын
Ilmoo keeti jedhi abamana keti debiyi jiradhu haqa sirra qaba ini yaa oboleti ko
@user-hj7le7er9x
@user-hj7le7er9x 25 күн бұрын
Shamaran dhirii humnaan nadukaa cisee nan jetu na arsitii ofii humnaa hin qabduu moo Jaalalaan na barbachifna hin jetu dhugaa😂
@user-cm6no7cn6o
@user-cm6no7cn6o 24 күн бұрын
Yoo sanin humuni wolumaa keessaa jiraa achii bodaa gabiin dhufuti😂
@bertaamoud4997
@bertaamoud4997 25 күн бұрын
𝑾𝒐𝒘𝒐𝒘𝒐𝒘𝒐𝒘𝒐𝒘𝒐𝒘𝒐 𝒈𝒂𝒎𝒆𝒆 𝒏𝒖𝒖𝒇𝒊 𝒋𝒊𝒓𝒂𝒅𝒉𝒖𝒖
@user-qn8ys3js3g
@user-qn8ys3js3g 23 күн бұрын
❤❤❤❤❤
@AbCd-tq8sc
@AbCd-tq8sc 24 күн бұрын
❤❤❤
@boontuugelaa278
@boontuugelaa278 24 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤
@misraabdnmajid523
@misraabdnmajid523 25 күн бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢
@OppoCell-wi2vv
@OppoCell-wi2vv 24 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤
@hanatu
@hanatu 25 күн бұрын
❤❤❤
"ISA SI JALA HADHA'EETTII AJAJII BA'EERAA " Ergama Zawudee Namarra
37:51
Ifa Fayina TV Official
Рет қаралды 82 М.
Yeroo jaalalaa
21:30
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 15 М.
What it feels like cleaning up after a toddler.
00:40
Daniel LaBelle
Рет қаралды 76 МЛН
Slow motion boy #shorts by Tsuriki Show
00:14
Tsuriki Show
Рет қаралды 8 МЛН
ВОДА В СОЛО
00:20
⚡️КАН АНДРЕЙ⚡️
Рет қаралды 26 МЛН
MISS CIRCLE STUDENTS BULLY ME!
00:12
Andreas Eskander
Рет қаралды 12 МЛН
Guddifachaa [ ጉዲፈቻ ] Kutaa 2ffaa
40:03
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 164 М.
Dawite Mekonen "Farda Gurraacha"Oromoo Music Oldies
5:07
Bakakkaa Entertainment
Рет қаралды 180 М.
Sagalee Afaan Oromoo,  Jecha ijaaruu
30:01
kemo Tube
Рет қаралды 62 М.
Dibata fuulaafi gogaa keenyaaf filatamaa tahan. Fuula keenya maaltu balleessa?
10:57
ዮአዳን (ክፍል 13)
35:22
ለዛ
Рет қаралды 390 М.
Ehiau Feli fanai chungchangah Michelle Varte arawn tawngchhuak e🤐
46:26
TUESDAY NIGHTMARE
Рет қаралды 130 М.
ዮአዳን (ክፍል 12)
31:52
ለዛ
Рет қаралды 351 М.
What it feels like cleaning up after a toddler.
00:40
Daniel LaBelle
Рет қаралды 76 МЛН