Gingilchaa kutaa 8ffaa Obbo Lammaa Magarsaa EEBLA 29,2020

  Рет қаралды 58,645

Qaanqee Show

Qaanqee Show

4 жыл бұрын

Gingilchaa Qaanqee Show kutaa 8ffaa EEBLA 29,2020 Obbo Lammaa Magarsaa irra

Пікірлер: 123
@falmaatabalerobe4566
@falmaatabalerobe4566 4 жыл бұрын
Obbo Lamma magarsa Utuba oromon qabduu keessaa isan tokkodha ammas wayyaneen utuba oromo kana jigisudha sosoti jirti inni lenca gaafa 2016 keessaa hangafadha senatu isa yaadata obbo lamma magarsa ammas.♥️♥️♥️🙏
@wolduishgudeta2324
@wolduishgudeta2324 2 жыл бұрын
habtaamu akkami nagaa keeti qoophiin kee baayee namati tola weelisaa caalaa bultuumee akkaa gingilchituu feenaaa
@amostoube4945
@amostoube4945 Жыл бұрын
Uuf jagna Koo inuman qabbanaa, e Jiraadhu umurii dheeraa 👍👍💓💓💓💓
@taddeemn4543
@taddeemn4543 4 жыл бұрын
Nuu jiraadhuu leencaa keenyaa dr lammaa magarsaa waqqaayyoo nama akka keettii nuuf haa bayisuu
@hussentube5607
@hussentube5607 4 жыл бұрын
Dhugaa gingilchaan kee bayyee namatti tola habtee jabaadhu. Xinxalaa siyaasaa obboo jawaar Mohammedis akka nuuf gingilchituu dabaree 9ffaatti Abdiin sii eegna jabaadhu habtee koo🌿
@rabdurahman739
@rabdurahman739 4 жыл бұрын
Pastar abiy garuu hadhaa lamma ukamse ummataa kenyaa fixaa jiraa yaa rabbi haqaa ifaa basii hadhaa wanti ethiopia oromia nanno magala tokkoti ta aa jiruu mana kenyaa hunda dhufuf jiraa sababni isas haqxi waan baddef yaa warra haqaa awaltani sobaa hafarsa jirtan bor ni gabbituu gabbifi egeen boddedha jedhan
@fatumumer6929
@fatumumer6929 4 жыл бұрын
Gafaa Lammaa achii Kassu Jibbe Abiy mukka jajjaba kan rirmi hin nyanne dalawaa oroomiya kessa guree harre
@fiqrr1238
@fiqrr1238 3 жыл бұрын
Uuuuuufffff lamma koo Nufi jiradhuu❤💚❤💪💪gotaa koo saretuu siganee
@zamzamobsaailoveyouoromiya2858
@zamzamobsaailoveyouoromiya2858 4 жыл бұрын
Kijibduu wohii lamma afaan damma
@roqualove502
@roqualove502 4 жыл бұрын
Wooyyooo lamma koo imimatu na qabe sabbonuman kee sii keessa nati muldhate 😭😭😭😭😭😭😭😭
@debertefegemece3176
@debertefegemece3176 3 жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@kenealumu1465
@kenealumu1465 4 жыл бұрын
Leencaa kenyaa nufi jirdhuu gotaa kenyaa👍🙏🙏🙏🌹🌹🌹🌹
@baarooabdiisaa6424
@baarooabdiisaa6424 2 жыл бұрын
Jabadhuu habbtaamu jiradhu haaman sihinargatin
@sanyiihachaluhundessa3529
@sanyiihachaluhundessa3529 4 жыл бұрын
obbo.Lammaa.magarsa.rabbi.bakka.jirtu.siha.hegu.Lenca.kenya🥰🥰🥰🥰🥰🥰👍❤❤❤❤
@user-kn7hz4fu8j
@user-kn7hz4fu8j 11 ай бұрын
Ergaa lammaani oromiyyaa buluchuirraa kafamee oromoo fi oromiyyaani garbumma kaalee sanaati deebitee😢😢😢😢
@abdurahimdangalaa6502
@abdurahimdangalaa6502 4 жыл бұрын
B/ B/B Bayyee Galatomii Artist Habtaamu Gingilchaan Kee takka hin mofa'iin Qulquluu Male habaqii hin dabarsiin🌹🙏👈
@sameraabdulla5342
@sameraabdulla5342 4 жыл бұрын
Lamma ilmaa lammi nuu jiradhuu❤❤👌
@mashoooromiyaa6761
@mashoooromiyaa6761 4 жыл бұрын
Nuuf jiradhuu habtee ❤💚❤👍👍
@amostoube4945
@amostoube4945 Жыл бұрын
Generaallii dhugaan sii goota Koo habtaamuu jiraadhu Dhugaa wa, e kee kitaaba barreessuun barbaadaa gaafan guddadhe
@hawabonaa
@hawabonaa 4 жыл бұрын
Obb Lemmaa Meggerrssaa gelttoommaa that's Unforgettable forever you'r our goottaa b/c we know how you passed the worset time and after one year at home land irrecha every songs have been you'r name to apricated you so I feel really happy .thank you .
@rabdurahman739
@rabdurahman739 4 жыл бұрын
Jawwenu yeroo hunda iyyu dadhabne jedhee dhugaa jedhee hangaa yomii iyya bohaa tenyaa yaa rabbi haqaa ifaa basii gahaa nuun jedhii
@ituutsoorii1614
@ituutsoorii1614 4 жыл бұрын
Gallatomi Habtish, immiman iija koo guta sagaleesa yogan dhaagahu. Wani hunda Rabbi ti kenninera.
@zamzamzamzam3009
@zamzamzamzam3009 4 жыл бұрын
Lammaa lenca kenyaa 👍💪😍💪💪💪😍😍
@MK46691
@MK46691 4 жыл бұрын
waan fundura tti dhufu lammishoon dursee tilmaamaa ture jechudha. Gooftaan keenya uummata jedhe.kuneeni biroo garuu gooftan isaanii.....
@user-fs9dx1jb8x
@user-fs9dx1jb8x 4 жыл бұрын
Obbo Lemma is always our hero. His endurance and Heroism was tested during very difficult time in our country history. He earned love & respect. Few selfish,cowards,corrupted & cold blooded killers betrayed him. They might slowed him down,but they can’t stop him.Because,50 mullions of Oromos are with him.
@kiyyakiyyaozil7104
@kiyyakiyyaozil7104 3 жыл бұрын
Habtee jabaadhu qaxalee keenya
@imanekumaleephisamucaakaku5780
@imanekumaleephisamucaakaku5780 3 жыл бұрын
umuri nu dheradha obbo Lamicho👏
@sanyiihachaluhundessa3529
@sanyiihachaluhundessa3529 4 жыл бұрын
hayyuu.kenya.malo.bayye.siyane.malif.nujala.bade.sinif.jira.nujedhi🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏🙏
@mustafamudi2378
@mustafamudi2378 4 жыл бұрын
Habtamuu Bayee bayee galatomii jiradhuu horii bulii
@tiyyadaffii2395
@tiyyadaffii2395 3 жыл бұрын
Dhugaa Dhugaa Dhugaa Dhugaa he is true hero
@dastaaabdiisaa6397
@dastaaabdiisaa6397 2 жыл бұрын
Obbo lammaa baayeen jaladhaan dhugaa
@bekumaalemu3613
@bekumaalemu3613 2 жыл бұрын
Lamma ilma saba❤❤❤❤❤
@solomonkorsa5397
@solomonkorsa5397 4 жыл бұрын
Lammaan utuu abiyyiin as hin baafne ta'ee yoona Oromiyaan bilisoomteetti.
@asnakomamo7320
@asnakomamo7320 3 жыл бұрын
Jabadhu
@cabdisalaanbaqays5958
@cabdisalaanbaqays5958 2 жыл бұрын
ytt
@lemunlomimidhaso6622
@lemunlomimidhaso6622 2 жыл бұрын
Dhugaketi lamako lamike similitudh Sabona sabona beku safu
@auaevolutionjusticepathyoutube
@auaevolutionjusticepathyoutube 3 жыл бұрын
Akka Nama Tokkootti Hamtuun Obboleessa Kootiif Dhufte Anaan Xoosii Isaa
@kadirhargeyso8433
@kadirhargeyso8433 4 жыл бұрын
dhuga banta gota kenya
@mallattoohoolichaa5179
@mallattoohoolichaa5179 4 жыл бұрын
Lammishoo Koo waaqayyoo Saba keenyaf walii galtee haa kennu
@fuade56
@fuade56 3 жыл бұрын
Waan gaari gingilchite addaan bafte jirta galata argadhu
@gemechuhirbaye1695
@gemechuhirbaye1695 Жыл бұрын
Nuuf jiraadhu lammaa keenya
@peacelove467
@peacelove467 4 жыл бұрын
My hero lemma. Love him
@abbasabbas6085
@abbasabbas6085 4 жыл бұрын
Lamma koo.gaafa.arguu.ijii.koo.imimmaa.hin.qabuu.gotan.keenyaa.waqqayyoo.isini.yaa.erguu
@taibagalatomisabonaprimo5153
@taibagalatomisabonaprimo5153 4 жыл бұрын
DHUGAADHA WALLAHI HABTEEKEENYA😍😍😍😍😍
@tvkaraajireenya5166
@tvkaraajireenya5166 2 жыл бұрын
Amma eessaa jira
@direboyroba6768
@direboyroba6768 4 жыл бұрын
Yaa Lamaa kiyaa adero yolubun jiratee horii bulii umerii dhertuu sifhakanu
@KM-xp1nl
@KM-xp1nl 4 жыл бұрын
"YAADDOON" keenya kan gaafasii caale, Obboo.
@riyanaasuyyuum4624
@riyanaasuyyuum4624 4 жыл бұрын
Lammii koo edoo jirtutii rabbii si haa eeguu Aaaaaaaah lammaa koo
@abdithom1940
@abdithom1940 4 жыл бұрын
Xiinxala gaaridha Habtishaa
@AbdulQadir-vg2ub
@AbdulQadir-vg2ub 4 жыл бұрын
Jiradhu sabonaa oromoo yomuu seenaan siyaadata
@diniiisalamdinusallamaummu9730
@diniiisalamdinusallamaummu9730 4 жыл бұрын
Abiyyi Ahmad Rabbii isaa haa ganuu kaa obollessa isaa Hayyuu Kanaa ganee
@iyasusabdinkoyarabii8719
@iyasusabdinkoyarabii8719 4 жыл бұрын
Dhuga keti Lamiyo hababadha rabii bichan isa ha egu
@ademgazzaalii1070
@ademgazzaalii1070 4 жыл бұрын
Imiimmaanin nama fida wly
@wubalemhunde4315
@wubalemhunde4315 4 жыл бұрын
Dhuga jeete lamicho garuu. Odo presdenti Ethiopia tate silaa hanga Amma oromiya duwa motii Ethiopianu hi bilsomutiyu
@diribashibalo2562
@diribashibalo2562 4 жыл бұрын
baayyee galatoomii qomookoo
@dejubabsa9399
@dejubabsa9399 4 жыл бұрын
Wow 10q Habtishi
@zakirtube966
@zakirtube966 4 жыл бұрын
Anaa dhufuu
@sanyiihachaluhundessa3529
@sanyiihachaluhundessa3529 4 жыл бұрын
Lamisha.❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤
@waqnabdisa5846
@waqnabdisa5846 4 жыл бұрын
Lammaa afaan dammaa boo'icha na qabsiise dhugaa ayi amma hin ukkaamse namni inni obboleessa jedhee taayitaa itti laate ayii maal godhu garuu
@yeroosanijawar8895
@yeroosanijawar8895 3 жыл бұрын
Wayyo lamma koo Waye ke mali hakka jedhu ibeku gara koo gubate si dhabukotii Abiy garu nama yo sodachu bate waqa isodatu
@zakirtube966
@zakirtube966 4 жыл бұрын
Jabadhuu hoji gaaridha
@user-pn4gq7ld7k
@user-pn4gq7ld7k 4 жыл бұрын
Yooyyaa.Labuu..EJJ.KAENNA..LAAMAAEMN.QAALLBBEE..TAANNN❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤👀LAAMMAA
@birukhailu1082
@birukhailu1082 4 жыл бұрын
Kabajinni koo sabaa kotii.
@brahanedabala7164
@brahanedabala7164 4 жыл бұрын
Norii ❤️🙋‍♀️❣️❤️
@samiradubai7381
@samiradubai7381 4 жыл бұрын
Lammaan lencaa oromootti garuu dogogora xiqoo isii hojjete malee innis amaana ummataa dabarse nama hin taneef kenu isaatti yaa abiiyi me ofi bari jedhani
@JabirMahammad-bf6hd
@JabirMahammad-bf6hd 9 ай бұрын
❤❤❤❤ yaa one
@molimenls6965
@molimenls6965 4 жыл бұрын
Jabaadhu. Huji gaaridha
@makiyagamadii8095
@makiyagamadii8095 4 жыл бұрын
Dhugamaa
@queenhangaatu9020
@queenhangaatu9020 4 жыл бұрын
Galatomi Qanqee show
@brahanedabala7164
@brahanedabala7164 4 жыл бұрын
Galatooma! ❤️❤️
@taibagalatomisabonaprimo5153
@taibagalatomisabonaprimo5153 4 жыл бұрын
MASHA ALLA
@gadisefeyse9904
@gadisefeyse9904 4 жыл бұрын
Wayyoo imimaatuu naa naa dhufee 😭😭
@diniiisalamdinusallamaummu9730
@diniiisalamdinusallamaummu9730 4 жыл бұрын
Jabadhuu
@sarahhussein7104
@sarahhussein7104 4 жыл бұрын
Maalfii sobadaa
@aberadaba8352
@aberadaba8352 Жыл бұрын
Waree Hin Bayisiinkaa
@user-bq4lc9ff9n
@user-bq4lc9ff9n 6 ай бұрын
💪💪💪💪💪💪💞💞💞💞💞💞
@oromiyaabiyyakoo4641
@oromiyaabiyyakoo4641 2 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭❤❤❤❤
@ofijanbiniyam1524
@ofijanbiniyam1524 4 жыл бұрын
Galatoomii Habtiish !
@oromiyaabiyyakoo4641
@oromiyaabiyyakoo4641 2 жыл бұрын
❤❤❤❤😭😭😭😭
@fatmashafii9933
@fatmashafii9933 3 жыл бұрын
💪💪💪💪💪💯💯
@fekaduboki7931
@fekaduboki7931 4 жыл бұрын
Lammaan Leencaa
@fivoromoo6372
@fivoromoo6372 4 жыл бұрын
Dubii aja.ibatii dhugaa dubatee walahii
@kedirbest6037
@kedirbest6037 4 жыл бұрын
Habtee keenyaa bayyee bayyee namati tolaa itti fufii
@madinaintalaxiqii5488
@madinaintalaxiqii5488 4 жыл бұрын
Hambasa keenya jajabe
@frpfrp3881
@frpfrp3881 4 жыл бұрын
❤️❤️❤️💪💪💪
@khadizaethiopia3508
@khadizaethiopia3508 4 жыл бұрын
😘😘😘😘😘😭😭😭😭❤️❤️❤️☝️☝️☝️
@asegedechiticha318
@asegedechiticha318 3 жыл бұрын
ውድድድድድድ:ኦቦ:ለማ:አንባሳ:ኬኛ
@Terfasa197
@Terfasa197 3 жыл бұрын
New
@kerayub2681
@kerayub2681 4 жыл бұрын
Exactly
@MohamadKaliil
@MohamadKaliil 5 ай бұрын
Lakofsa Bil bila kiyafi yaada koo q abdu dabarsen ture me naf bil ili adaraa
@zinashzinashi1182
@zinashzinashi1182 3 жыл бұрын
👍👍👍👍👍❤❤❤❤❤❤❤
@lemunlomimidhaso6622
@lemunlomimidhaso6622 2 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭☝☝☝☝
@endalebelay6807
@endalebelay6807 4 жыл бұрын
Sooner or later Lemma will come to front and lead Oromo people.
@kadijamohammad7262
@kadijamohammad7262 3 жыл бұрын
👍👍👍👍👍👍❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚💚☝
@zinnuyedingillij9093
@zinnuyedingillij9093 4 жыл бұрын
Galatoomi Habtish
@user-qg9yu5rh9g
@user-qg9yu5rh9g 4 жыл бұрын
Lamichoo Kenya
@sa.edaaalifaabar2484
@sa.edaaalifaabar2484 4 жыл бұрын
Gaatichaa
@tutuhagos3572
@tutuhagos3572 4 жыл бұрын
Kkk
@chamerbogale9652
@chamerbogale9652 4 жыл бұрын
So we are stands with him now It's time please oromo
@madinaintalaxiqii5488
@madinaintalaxiqii5488 4 жыл бұрын
obbo Lamma goota soda diina hin qabne leenca saba
@hossenijamal3511
@hossenijamal3511 4 жыл бұрын
Lencaa oromoo lammaa
@makiyagamadii8095
@makiyagamadii8095 4 жыл бұрын
Haftee
@afangariinafaagariicaalaa856
@afangariinafaagariicaalaa856 4 жыл бұрын
Bekaa kenyaa nuf bulii
@ahmedahmed-ml5re
@ahmedahmed-ml5re 4 жыл бұрын
Lammaan Kijjibaan Dhugaa fakkeesse Isin mirqaanse Of isin walalchisee .Nama Murti Maata isa ofiti fudhaachuu hin dandeenye faarsa oltaani
@laalisaajirenyaa
@laalisaajirenyaa 2 жыл бұрын
Jawari waaya mitii dhalaa kosii
@badariiibarahiim5742
@badariiibarahiim5742 4 жыл бұрын
Baayee naamatii tollaa jaabadhu
Bofaaf Hantuutan nyaachaa ture. Dr.Eng. Indaalee Abbabaa
44:15
Qaanqee Show
Рет қаралды 36 М.
Gingilchaa kutaa 9ffaa Obbo Lammaa Magarsaa EEBLA 30,2020
29:15
Qaanqee Show
Рет қаралды 27 М.
That's how money comes into our family
00:14
Mamasoboliha
Рет қаралды 8 МЛН
Heartwarming: Stranger Saves Puppy from Hot Car #shorts
00:22
Fabiosa Best Lifehacks
Рет қаралды 20 МЛН
Gingilchaa 74ffaa: Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa
31:09
Qaanqee Show
Рет қаралды 176 М.
Pr Lammaa Magarsaa Eebba OMN  29 11 2010
20:20
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 15 М.
Qophii Caayaa,  guyyaa abbaa dhimmaatti hojjettoota 27 keessaa 1 qofatu waajjira jira, Mi'eessoo
59:18
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 40 М.
FiB: Koloneel Gammachuu Ayyaanaa - Dirree Yaadaa (Sep.23,2022) Finfinnee
38:27
Хитрая МАТЬ делит НАСЛЕДСТВО между ДЕТЬМИ 😱 #shorts
1:00
Лаборатория Разрушителя
Рет қаралды 7 МЛН
Гениальный План Хвостатых 😂
0:28
ДоброShorts
Рет қаралды 1,7 МЛН
Зря они облили полицейскую водой...😂
0:25