Haasaa Dinqisiisaa Barataan

  Рет қаралды 159,379

L2 Tech

L2 Tech

4 жыл бұрын

Barataa Raajii Ashannaafii jedhama. Qormaata biyyoollessaa kutaa 12ffaa bara 2010( ALI) kennameen qabxii olaanaa akka biyyaattii lammaffaa ta'ee (647) galmeesise amma Yunivarsitii Saayinsiifi Teeknoolojii Adaamattin barachaa jira.
Godina Qeellam Wallagga aanaa Gidaamittin dhalaatee guddate. Barnoota saa sadarkaa tokkoffaa mana baruumsaa Abdii Boruuttin barate.
Qabxiin Ministirii saa olaanaa waan tureef carraa barnootaa mana bultii addaa Waldaa Misooma Oromiyaa argachuun gara Adaamaatti dhufee kutaa 9-12 mana barnootaa bultii kanatti xumure.
Qormaata biyyoolessaa kutaa kurnaffaas gosa barnootaa hunda 'A' fiduun milkaaheera.
Amma muummee barnootaa 'Applied physics' Yunivarsiitii Saayinsiifi Teeknoolojii Adaaamaatti barnoota baracha jira. Waggaa tokkofas gosa barnoota hundaa A+ fiduun garaa waggaa lammaffatti darbeera.
dabalataan link gar gadiitin dubbisaa
(maddi BBC Afaan Oromoo) link
www.bbc.com/afaanoromoo/amp/4...
video kan warabamee: obs tv irr

Пікірлер: 84
@Azalea_tube
@Azalea_tube 2 жыл бұрын
You are my role model. We're proud of you our special boy. We are with you. We will show for the world that we are the main body of the world. Kush is always Kush.
@bikiltuu2205
@bikiltuu2205 Жыл бұрын
Jalqabakee inni tolche dhumakees haabareechuu
@ittafaadabalaa5987
@ittafaadabalaa5987 2 жыл бұрын
Waaqayyo si wajjin haa ta'u! Yaa obboleessa koo! Waaqayyo tti jabaadhu! Barumsa kee baradhu! Siyyaasa irraa of qusadhu! Madaa baay'ee qabna atis beekta.Kaayyoof karoora kee,akkasumas ejjennoo kee hamma gaafa galma geessuutti dhokfadhu! Hin ariifatin! Hin irraanfatin! Sin jaalladha Waaqayyo si wajjin haa ta'u! Sabni keenya gola hin qabu, goolii keessatti dubbata, Kun immoo diinaaf karaadha,ogummaan baay'ee barbaachisaadha!
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Baga Rabbiin si gammachiisee pro Raajii Ashaannaafii Congratulation ASTU saayikoloojii line dubarttoonnii ProSammuutin in new generation of listening dhibeen waraana qabeenyaa barnootaa Eegumsaa Bilisummaa duties wework together welcome johar Muhammad see DrAbiyyii Ahmed Dubbisi Addee Caaltuu Saanii garaa deemsis galma gayee mariidha tokkummaa hojiinis nafaa lafaa lafee goototaa laftis riqicha Biyyaaf irkoodha government Barsiisaa lafaa UstazMas'uud ija
@asterlemmadabalee4004
@asterlemmadabalee4004 2 жыл бұрын
Wawwwo Waqayyo saebisuu Ammalen dachaa godhee 💕💕💕😘😘😘😘😘❤️❤️💯Bayyee bayye namatii tolaa dhugaa Waqaayyoo hagalatuu
@tsegatube7015
@tsegatube7015 4 жыл бұрын
Abo ati kennaa kenyaa jabadhuu
@Biqilaa
@Biqilaa 4 жыл бұрын
i am so lucky to learn with u in the same university. Raji keep it up. u're already blessed!
@L2Tech1
@L2Tech1 4 жыл бұрын
me too biky!
@sarasarah4906
@sarasarah4906 2 жыл бұрын
QAqqalii ijoolee promo bayeen isin jaladhi milkaa amayuu
@darru24
@darru24 2 жыл бұрын
Mee KZfaq kiya kana subscribe naaf goodhii matii naaf tahii numatuu walgudisaa jabadhu obaleeyan
@enkossanamo2304
@enkossanamo2304 2 жыл бұрын
Raajiin beekumsa ammayyaa Sirna Gadaatiin dabaaltee uummata keenyaafi ofis akka waamsiftu abdiin sieegna dhaloota akka kee akka itti fufu waan Sirraa eegamuu hojjedhu!
@olanikitila8386
@olanikitila8386 2 жыл бұрын
Qursii kee kana gara cireetti nuu jijjiiri Thank you Rajichoo ! The son of the largest Ethnic group of the horn ! Keep it up ! We are proud-full to ...
@megersaalamayobiru9237
@megersaalamayobiru9237 4 жыл бұрын
Milka'ii, waan guddatu sii eeggata jabadhuu
@darru24
@darru24 2 жыл бұрын
Mee maati sii tahe atis naaf tahii numatuu walgudisaa
@lebetagoshu4487
@lebetagoshu4487 4 жыл бұрын
Oduun kee namatti tola jabadhuu, Waqaayyo sii haa milkeessu
@user-ih7yz8po3k
@user-ih7yz8po3k 2 жыл бұрын
❤️❤️congrations Atii durumaa waaqayyoo Ogummaattii si guddisee Ammoos gooftaa hin dagatiin Milkoomin kee inni jalqabaa Isaadhaa!
@boontuuyesus4508
@boontuuyesus4508 2 жыл бұрын
maatii nafi ta'i
@darru24
@darru24 2 жыл бұрын
Mee KZfaq kiya kana subscribe naaf goodhii matii naaf tahii numatuu walgudisaa jabadhu obaleeyan
@amenutadessaofficialtube4451
@amenutadessaofficialtube4451 4 жыл бұрын
qaxalee mucaa Jabaadhu durrikee Ifaa! Gooftaan jireenya kee isa hafe irra tti ulfina isaa haa eeggatu!
@L2Tech1
@L2Tech1 4 жыл бұрын
Hayyee subscribe taasisu akka hin dagannee.
@kemalaman161
@kemalaman161 2 жыл бұрын
Wow Baga gamadee bro nuu gammachiisee nu bonsiitee nuf jiradhuu
@kiyutiikiiyaa8166
@kiyutiikiiyaa8166 2 жыл бұрын
Wow Baga gamadee biro nuu gamachiisee nuu bonsiitee nuf jiradhuu
@shfawshfaw9796
@shfawshfaw9796 2 жыл бұрын
jabadhuu qaxalee mucaa milikayin kee itii hafufuu🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤❤
@melkamuworku1286
@melkamuworku1286 2 жыл бұрын
Jabaadhi amas jabaan jabaa dhala
@Grandas7358
@Grandas7358 2 жыл бұрын
"Ulfinnisaa Waaqayyoof haa ta'u!" jettee saba kana durati dubbachuun kee jechoota isa olaanaa dha. Waaqayyoti qaana'aa hin jirtu waan ta'ef natti toleera, eebbifami. Waaqayyo baga si gargaare.
@mebrattsegaye9182
@mebrattsegaye9182 2 жыл бұрын
WOOOW AMEZING My Bro God Bless You
@maltubeka8066
@maltubeka8066 2 жыл бұрын
It's wonderful success Raji Ashenafi good luck 🙏
@boontuuyesus4508
@boontuuyesus4508 2 жыл бұрын
uuuufffee waaqayyoo Gooftaani baga si gargaree hadhoo koo
@olanikitila8386
@olanikitila8386 2 жыл бұрын
Baay'ee Guddadhu !!!!!! Rabbi Raajii kana si haa agarsiisu !!!!!
@darru24
@darru24 2 жыл бұрын
Mee KZfaq kiya kana subscribe naaf goodhii matii naaf tahii numatuu walgudisaa jabadhu obaleeyan
@ebiseabara7348
@ebiseabara7348 2 жыл бұрын
Uuuuffffeeee guddadhuu cimii kanaa caalatti
@mertatube
@mertatube 2 жыл бұрын
jabadhu
@shitodabi9775
@shitodabi9775 2 жыл бұрын
Jabaadhu qaxalee mucaa milkaa'inni kee itti yaa fufuu nuuf jiraadhu isaa ba'a sitti ta'e immo waaqayyoo sirra haa kassu🙏
@damiiyyeeshawaawalisoo2003
@damiiyyeeshawaawalisoo2003 2 жыл бұрын
Jabaadhuu raajii bagaa milkoofte🥰😍😍🐅🐅
@darru24
@darru24 2 жыл бұрын
Mee KZfaq kiya kana subscribe naaf goodhii matii naaf tahii numatuu walgudisaa jabadhu obaleeyan
@zewudituayele9064
@zewudituayele9064 2 жыл бұрын
Bagaa waaqayoo si gaargare mucaa baaredanan ,salya usen bagaa guyyaa kann si gahe
@latalabatagoshu5341
@latalabatagoshu5341 4 жыл бұрын
Goota oromoo jabadhuu sii waliin jirraa
@darru24
@darru24 2 жыл бұрын
Mee maati sii tahe atis naaf tahii numatuu walgudisaa
@darru24
@darru24 2 жыл бұрын
Mee KZfaq kiya kana subscribe naaf goodhii matii naaf tahii numatuu walgudisaa jabadhu obaleeyan
@kiyaatube38
@kiyaatube38 2 жыл бұрын
Wooww jabaa nama ammalee waqayyoo bakka yaade si haa gahu
@darru24
@darru24 2 жыл бұрын
Mee maati sii tahe atis naaf tahii numatuu walgudisaa
@abdimohammed1894
@abdimohammed1894 2 жыл бұрын
Maashaa Allah
@jesesjeses2739
@jesesjeses2739 2 жыл бұрын
Raajii moggeekoo guddadhuu
@senamegersa8226
@senamegersa8226 2 жыл бұрын
Qaxalee koo ammas WAAQAYYOON wanta yaade siif yaa milkeessu
@birtukansamman9244
@birtukansamman9244 2 жыл бұрын
Masha Allah
@obsinetiitube1411
@obsinetiitube1411 2 жыл бұрын
Bagaa rabiin sii gammachisee irra debii dhan
@mesiiihirpesa2987
@mesiiihirpesa2987 2 жыл бұрын
atti dhuguma Raajiidha
@senaa2350
@senaa2350 2 жыл бұрын
Rajiikoo Akkumaa Maqa Kee Qaliikoo 💓💓💓💓💓💓💓
@darru24
@darru24 2 жыл бұрын
Mee maati sii tahe atis naaf tahii numatuu
@latatravel8364
@latatravel8364 4 жыл бұрын
Wow, Oromoo tahuun kee naa boonsee milkahi
@darru24
@darru24 2 жыл бұрын
Mee maati sii tahe atis naaf tahii numatuu walgudisaa
@zobapetros6556
@zobapetros6556 2 жыл бұрын
Kush kush kush
@meseretdesta3633
@meseretdesta3633 4 жыл бұрын
Eeyee baay'ee namattii tola,akkaasi kunoo!!!!!!!!!!!1
@L2Tech1
@L2Tech1 4 жыл бұрын
Galatoomi masi!
@darru24
@darru24 2 жыл бұрын
Mee KZfaq kiya kana subscribe naaf goodhii matii naaf tahii numatuu walgudisaa jabadhu obaleeyan
@olirragirma6849
@olirragirma6849 2 жыл бұрын
nu jiradhuu bro
@taajirahamanur8240
@taajirahamanur8240 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@fikredesalegn3869
@fikredesalegn3869 2 жыл бұрын
ጀግና፡ወጣት።
@mertatube
@mertatube 2 жыл бұрын
jabadhaa
@boriyadmerga2451
@boriyadmerga2451 4 жыл бұрын
Wow
@L2Tech1
@L2Tech1 4 жыл бұрын
😊
@L2Tech1
@L2Tech1 4 жыл бұрын
😊
@mimikebede4456
@mimikebede4456 2 жыл бұрын
🙏🏽🙏🙏🏽🙏
@mebrattsegaye9182
@mebrattsegaye9182 2 жыл бұрын
❤❤❤❤❤
@sarasarah4906
@sarasarah4906 2 жыл бұрын
Kayookee galamaa sa haa gesisuu waaqan
@gobenachimdesa7108
@gobenachimdesa7108 2 жыл бұрын
galata Waaqayyoo
@rehobothtvprophettesfa6389
@rehobothtvprophettesfa6389 2 жыл бұрын
baga waaqayyoo si milkese
@gadisadaba7627
@gadisadaba7627 4 жыл бұрын
naamoota akkasii qabaachuun koo na boonsa
@L2Tech1
@L2Tech1 4 жыл бұрын
Hayyee subscribe taasisuu hin dagatiin.
@darru24
@darru24 2 жыл бұрын
Mee KZfaq kiya kana subscribe naaf goodhii matii naaf tahii numatuu walgudisaa jabadhu obaleeyan
@dawitatomsa5517
@dawitatomsa5517 2 жыл бұрын
Baga kan keenya taatee! Utuu kan alagaati miidiyaa 70tu interview godha ture garuu maal godha nutoo wal hinjajjabeeffannuu............................
@freecell2840
@freecell2840 2 жыл бұрын
በጣም አባሰ ኔክ
@kuleb7814
@kuleb7814 2 жыл бұрын
2 years go
@dejenegetahun4660
@dejenegetahun4660 2 жыл бұрын
Nu boonsite gurbaa nuuf jiraadhu lafa yaadde ga'i !
@sofiasifan2498
@sofiasifan2498 2 жыл бұрын
Maloo itti xumuraa gudadhuu
@megersatadaleofficial1015
@megersatadaleofficial1015 2 жыл бұрын
Ati beekadha osoo hin taane Ogeessa!
@darru24
@darru24 2 жыл бұрын
Mee KZfaq kiya kana subscribe naaf goodhii matii naaf tahii numatuu walgudisaa jabadhu obaleeyan
@geloo3743
@geloo3743 2 жыл бұрын
Bg nu boonse
@darru24
@darru24 2 жыл бұрын
Mee KZfaq kiya kana subscribe naaf goodhii matii naaf tahii numatuu walgudisaa jabadhu obaleeyan
@megarsaboja
@megarsaboja 2 жыл бұрын
best raajii @ biyyaaf ta.ii
@darru24
@darru24 2 жыл бұрын
Mee KZfaq kiya kana subscribe naaf goodhii matii naaf tahii numatuu walgudisaa jabadhu obaleeyan
@alemayehunaaol3681
@alemayehunaaol3681 2 жыл бұрын
Wow
路飞被小孩吓到了#海贼王#路飞
00:41
路飞与唐舞桐
Рет қаралды 82 МЛН
Самый Молодой Актёр Без Оскара 😂
00:13
Глеб Рандалайнен
Рет қаралды 11 МЛН
Пранк пошел не по плану…🥲
00:59
Саша Квашеная
Рет қаралды 6 МЛН
#KURKURAA_ EPISODE_# 50#OROMO_COMEDY #QAALII_ENTERTAINMENT
22:46
Qaalii Entertainment
Рет қаралды 102 М.
Anaadhufu Sad 08, 2011
38:24
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 16 М.
Raajii Ashannaafii, Sirna Badhaasa Addaa Yuunivarsiitii Saayinsiifi Teeknooloojii Adaamaa
7:27
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 157 М.
Diraamaa KIYYOO (New Afaan Oromo Drama) kutaa 1
31:50
AANAA ENTERTAINMENT
Рет қаралды 399 М.
ሮዚ እና ጆሲ ምን አስበው ነው
10:17
Jon Daniel ጆን ዳንኤል
Рет қаралды 433 М.
Mana Barumsaa Bultii Addaa WMO tti barachuunkoo bu'uura naa ta'e! Raajii Ashannaafii
23:31
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 6 М.
Как бесплатно замутить iphone 15 pro max
0:59
ЖЕЛЕЗНЫЙ КОРОЛЬ
Рет қаралды 6 МЛН
8 Товаров с Алиэкспресс, о которых ты мог и не знать!
49:47
РасПаковка ДваПаковка
Рет қаралды 116 М.
Самые крутые школьные гаджеты
0:49
BEKMOBILDA Tecno Camon 30 smartfoni🔥🤩 #bekmobil
1:01
Bekmobil shorts
Рет қаралды 2,3 МЛН
ВАЖНО! Не проверяйте на своем iPhone после установки на экран!
0:19
ГЛАЗУРЬ СТЕКЛО для iPhone и аксессуары OTU
Рет қаралды 6 МЛН