Haasaa PMNO Obbo Lammaa Magarsaa Galma Barkumeetti taasisan OBN Bit 28, 2011

  Рет қаралды 112,554

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

5 жыл бұрын

OBN Bit 28, 2011 - Guyyaan hundeeffama ODP 29ffaa kan kabajamu injifannoo waggaa 1ffaatti ta'uun isaa adda isa taasisa jedhan itti aanaan dura taa'aa ODP fi pireezdaantiin naannoo Oromiyaa Lammaa Magarsaan.

Пікірлер: 203
@jdhdhdjdjdh5968
@jdhdhdjdjdh5968 5 жыл бұрын
ኦሮምያ በሬዱቶ ህዝባችንን ከክፉ ሁሉ ይጠብቅልን ሰዎች እኛን የጎዱን መስሏቸው አንድ አደረጉን ይበልጥ በማንነታች እንድንኮራ አስገድደውናል የፊንፊኔ ልጆች ከምንም ጊዜ በላይ በንቃት ለህዝባችን ድምፃችንን እናሰማለን ታሪክን ለሚቀብሩ ለሚክዱት በአንድነት እንታገላቸዋለን
@oromiyabirthoromo1916
@oromiyabirthoromo1916 5 жыл бұрын
እውነት ነው ዘረማንዘራችን ኦሮሞ ነው ግን በአማራ ቋንቋ. ፁሁፍ. ቀኝ. ተገስተን. ነው. ያለነው. እኛም ትውልዱም. ይዳን. ቁቤ እንማር እናስተምር.
@gethun9236
@gethun9236 5 жыл бұрын
Always I am with you I have Big respect for you my Dear
@destamamo4895
@destamamo4895 5 жыл бұрын
Wooooow obo laama keenya nuu jiiraadhuu. yaa laamii koo ameetuunii seenargaatni♥♥♥♥♥♥♥
@godblees8457
@godblees8457 5 жыл бұрын
Yes you are best!! 👍❤❤
@tadesseerana2386
@tadesseerana2386 5 жыл бұрын
Jabaa nama si jaallanna si kabajnaa ,ati yoomiyyuu hindagatamtuu Pr hero, man and leader !!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!! '''''''''''''''''''''''''''''''' itti fufaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaa uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu yesssssssssssssssssssssssssssss
@besaabdane301
@besaabdane301 5 жыл бұрын
Finfinnee haandhuraa oromiyaa nu jiraadhuu lammaa kenyaa 💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪sii jalanaa Alamuu siimee ofii keessaa baasii.
@miliatimo5466
@miliatimo5466 5 жыл бұрын
Lama gotaa kenyaa nuuf jiradhuu sii jalanna sabonaa kenyaa situu umata oromo bilbisomse as nuu gesse rabbin waliin yomiyyuu ta'ee hamatun sii hin argiin umrii nuuf dheradhuuu
@Ana-ww5ki
@Ana-ww5ki 5 жыл бұрын
ለማችን እውድካለን በእውነት እግዚአብሔር ዘበንክን ይባርክ ተባረክልን እንውድካለን በእውነት ትልቅ እግዚአብሔር ነዉ ግን እናንተም እግዚአብሔር ይስጠን ጌታ ይክበርልን
@peacelove1814
@peacelove1814 5 жыл бұрын
Nuu jiraadhu Abba Oromoota💚💚💚💪💪💪❤❤❤ Lama fi Abiyi Hara"s taanan Adaaran oroomota isiinuma bira jira💓💓💓💓🙏🙏🙏
@habteyesusmathewos3474
@habteyesusmathewos3474 4 жыл бұрын
Lemicho even if I do not understand what you said I had a big respect for you! I wish all thinks like you
@sumayabntislam7713
@sumayabntislam7713 5 жыл бұрын
Jabadhaa Raabbiin isini wojjin haa jiratuu
@tedytube1636
@tedytube1636 5 жыл бұрын
Lammichoo bagaa keenyaa tahattee jiradhu👏👏👏👏🤲🤲🤲🤲👍👍👍👍
@svhdfvhcgvjvxfghcrhhctvh1476
@svhdfvhcgvjvxfghcrhhctvh1476 5 жыл бұрын
Dhugaa keti magaalaa gudditi oromiyaa finfinnee 💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
@susu_6900
@susu_6900 5 жыл бұрын
እግዝያቤር እድሜና ጤና ይስጥህ ኦቦ ለማ መገርሳ
@helenh6930
@helenh6930 5 жыл бұрын
ለማዬ እድሜህ ይርዝም ጀግናውበጣም እድንቅሀለሁ
@sadiaasadia5051
@sadiaasadia5051 5 жыл бұрын
Ijoolleen oromoo essa jirtu comment shasha godha 👏👏👏
@ethiohagere1926
@ethiohagere1926 5 жыл бұрын
We love you lemma megeresa weregna yawera ene gine eskemechereshaw kanete gar
@zahrazahra2865
@zahrazahra2865 5 жыл бұрын
Allii ammaa keessaa jirtaan baayyee ittii yaaduu siin gaafata maaliif yoo jeettaan diinnii hedduu isiin irraattii qabsahaa jiraa kanaafuu wa,ee dhimmaa fifiinnee irraattii sirriittii ittii hojjeenaan booddeetti wantii isiin deebiisuu hinjiruu
@ebisedararaa1594
@ebisedararaa1594 5 жыл бұрын
Wow oboo lamma knya sabonaa kenya nujirudhu ijii ahamtun sinargin waaqiyoo ojjiikratii sidhursu kantaknya yeroo hundaa itti sijalnaa bayee
@user-mi1lm3wi8s
@user-mi1lm3wi8s 5 жыл бұрын
obbo lamma goota keenya nuuf jiradhu umri dheera siif ha kennu rabbin …eeee akkasiti itti himi magaala gudditti oromiyaa finfinne👍👌👌
@wayeneshetrago6100
@wayeneshetrago6100 5 жыл бұрын
ija hamaturaa hafaa ilman OROMO
@tsehayregassa6853
@tsehayregassa6853 5 жыл бұрын
አቶ ለማ እግዚአብሔር ብቻ ብድርህን ይከፈልህ እኛ የሰው ልጆች ከሃዱዎች ብንሆንም አንተ ግን እውነተኛ ቆራጥ የኢትዮጵያ የቁርጥ ቀን መሆንህን 100%እርግጠኛ ነን!!!
@kezinamashaalllahrabbiisin5579
@kezinamashaalllahrabbiisin5579 4 жыл бұрын
OBBO LAMMA sabboona lubbuu ummata huundaaf gootaaaaaa
@nabiyaatalbolo2971
@nabiyaatalbolo2971 5 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuf leccaaaaaaaaa kenyaa 😍😍😍😍😍rabbin umurii keessan haa dheresu lamma leccca
@suzanmuhammed9643
@suzanmuhammed9643 5 жыл бұрын
Love this guy. Truth shines from his face not his speech May God protect u
@eliyasshelele4497
@eliyasshelele4497 5 жыл бұрын
ijoollee abbaa gadaa lammaa,taakke... umphaaaa nuuf jiraadhaa
@sihamyoussef9658
@sihamyoussef9658 3 жыл бұрын
Laammichoo haayyu oromooni siijaalataa!!!!++++++
@abdulmenannuman6142
@abdulmenannuman6142 5 жыл бұрын
Lamicho long live respect
@harmeetoosiinyaadee3592
@harmeetoosiinyaadee3592 5 жыл бұрын
Atti agartuu ummataa keenyatti lammaa koo umurii nuf dheradhu 😍😍😍😍😍😍😍😍😍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
@sabotuuarsiiasalaa7273
@sabotuuarsiiasalaa7273 5 жыл бұрын
Wowow gotaa kenyaa kabajama fii jalatama obbo lamma magarsa gudda sii jalana nufii jiradhuu waqayyo sihaa eguu gotaa orommo ❤❤❤❤❤❤❤👍👍👍👍
@girmasisay8110
@girmasisay8110 5 жыл бұрын
jechii keessan na booruksee,nuuf jabaadha .hero,hero ,hero......
@siiforatube5733
@siiforatube5733 5 жыл бұрын
I have no word to express you you are a great man
@chaltuda3049
@chaltuda3049 5 жыл бұрын
Lammaaaaaaaaas bareeduuuuuuuuuuuiu jaalaaala siif qabu olanadha .jabaadhu waan ofii.sii waalin jiraa .
@mimiMimi-gc9fd
@mimiMimi-gc9fd 5 жыл бұрын
lammaa kenyaa wagaa kumaa nufii jiradhuu lencaa kenyaa magalanii gudoni oromiyaa finfinedhaa akasitii hiti himii lencaa koo abshirii qeronii sin walin jiraa ob lammani ijaa oromoti atii kanii asin nugaeè sii fi jawarii qerodhaa 😍👍👍👍💝💝💝💖💖💖💖💖💖
@shumbureebayisa5874
@shumbureebayisa5874 5 жыл бұрын
Wwwww 👍👍👍👍👍👍obbo lamma magarsa nu jiradha ❤️❤️❤️❤️❤️Gotota oromo waqayo Sina tiksu
@sabboontuuoromoosabboontuu1757
@sabboontuuoromoosabboontuu1757 4 жыл бұрын
Rabbi sihaa eegu jabaadhu ummanni oromoo siwoliin jira 😘😘😘😘😘😍😍😍
@user-hv2lm3gl1m
@user-hv2lm3gl1m 5 жыл бұрын
Lamaa lenca gafaa xiqii nufii jiradhu rabbii umrii kee haa dheresu😍😍😍gota koo
@zubaidazubaida5569
@zubaidazubaida5569 5 жыл бұрын
👍👍👍👍👍👍👍💪💪💪💪💪💪💪❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤baguma asgenyee .nuf jiradhu leencaa keenyaa.itti himi garaan haa gubatu.sirridha magala guddoo oromiyaa finfinnee.jiradhu sanyii koo.
@rahemajibriil4895
@rahemajibriil4895 5 жыл бұрын
Baga Oromorraa Dhalattan Team Lammaa Rabbi Isin Haa Gargaaru Jabaadhaa ODP
@TilahunRegasa-gb7wr
@TilahunRegasa-gb7wr 15 күн бұрын
Barabaraan kan hindagatamnnedha bayyee nama beekaa hubataadha
@user-fk7wh2vo9g
@user-fk7wh2vo9g 5 жыл бұрын
እድሜና ጤና አብዝቶ ይስጥህ ኦቦ ለማ መገርሳ
@kezinamashaalllahrabbiisin5579
@kezinamashaalllahrabbiisin5579 4 жыл бұрын
OBBO LAMMA NUUF JIRADHUU SII JALLANNA NAGAN NIUF JIRADHUUUUUUUU
@alemneshdadi4545
@alemneshdadi4545 5 жыл бұрын
wow kabajamo fii jalatamo oboo Lemma kenya sii jalana nuuf jiradhu hamtun sii hin argin ati gamna fi beka kenya ❤❤❤👏
@madinatarboosh1120
@madinatarboosh1120 5 жыл бұрын
Dr kabajaa Obboo Lamaa magarsa mashaalla mashaalla namatti toltaan jabadhaa Rabbii isiin haa gargaruu
@gethun9236
@gethun9236 5 жыл бұрын
Champ champ Lema megersa u are Legend
@ababachfayera826
@ababachfayera826 5 жыл бұрын
Dhugaadha doctor lema goota sabaa jabaadha ammas
@sabboontuuoromoosabboontuu1757
@sabboontuuoromoosabboontuu1757 4 жыл бұрын
Obbo lammaa magarsaa baay'ee sijaalanna nuuf jiraadhu barabaraan ijji hamtuun sinargin ♥️👍💪👌
@geteweyesa9983
@geteweyesa9983 5 жыл бұрын
Wow You make me proud👏👏👏
@gudetaamboo8231
@gudetaamboo8231 5 жыл бұрын
Wowwww Team lemma nu jiradhaa..Finfinnne ya finfinne hardhale borulee sumf dunee ..respect
@sadiaasadia5051
@sadiaasadia5051 5 жыл бұрын
Uuufuuuuuuu lammichoo baga keenya nuuf taatan gooticha keenya naaf jiraadhaa👏👏👏👏👏💪💪💪akkasiti itti nuuf himaa baaladaarati.kkkkkkk✊✊✊✊✊✊✊
@besaabdane301
@besaabdane301 5 жыл бұрын
Itti muddii lammiichoo keenyaa safar minilik haa dhageeffatuu 💪💪💪💪💪💪💪💪
@sarisaab4277
@sarisaab4277 5 жыл бұрын
Gota.gota.laama
@bontutiya1791
@bontutiya1791 5 жыл бұрын
My handsome eloquently spoken and very intelligent man as you r hope you keep what you said bringing the Oromo politicians together you will have the most powerful leaders and ppl behind you to work on our interests on Oromia and federalism. And to stand against empiricist Ethiopian. Know you need to look in to what’s going on in walloo. Need to help our ppl there
@kerayub2681
@kerayub2681 4 жыл бұрын
♥️♥️♥️
@kamiseetube2472
@kamiseetube2472 5 жыл бұрын
Way Lencaa kenyaa nuf jiirradhaa ❤❤💚💚❤❤
@user-rd3ot4cs4v
@user-rd3ot4cs4v 16 күн бұрын
💖💖👍🏼
@miseretpp9118
@miseretpp9118 5 жыл бұрын
Tokkumman.Keessaan.Haa.Ciimmuu.Oromoon.Gotummaa.Durruu.Bay,ee.Sinm.Jalaadha.Galattommaa.Ummaata.Oromoo.Ijii.Hamtuun.Siin.Arginii.I.Love.You.Oromoo
@chaltuda3049
@chaltuda3049 5 жыл бұрын
Takke Uama atis galaatomii sabboonticha.ilama oromoo.
@makiyajaylan8638
@makiyajaylan8638 5 жыл бұрын
Wwwwowwww Baayee naamatii tollaa haasonaa laamaama💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘👂👂😘😘😘😘😘😘😘👈💔💔💔💚💚💚💚💚💚💚💚💚😍😍😍😍😍😍Oromiyaa
@ismailalmadi1085
@ismailalmadi1085 5 жыл бұрын
Obbo Lamaa koo jireenyii kee sittii hatolu
@q8oth
@q8oth 5 жыл бұрын
Ishoo bagaa nagaa nuuf Dhuftanni Qomoowwan koo bayy’ee nuu Bonisitanni
@getedandena9997
@getedandena9997 5 жыл бұрын
ሺ አመት ንገስ
@asyafaji3098
@asyafaji3098 5 жыл бұрын
KKK akkasi lammicho sarota FBif wan itti wacan kennitettafi har'as Magala gudditi oromiya finfifene 😜👍💪
@Samera-yf7uo
@Samera-yf7uo 5 жыл бұрын
Kkkkkkkkk
@masaratrak8815
@masaratrak8815 5 жыл бұрын
Itti himii dhugaa balla addartii
@lizulizu632
@lizulizu632 5 жыл бұрын
Uuufff mashala lamiyee nuf jiradhuu kan aka kee nuf habayatuu amalee rabbin si wolin hajiratuuuu
@rahemajibriil4895
@rahemajibriil4895 5 жыл бұрын
Wowowow Lammichoo Keenna diinni kee Haa Gubatu Naga Keenna Taate Si Jaalanna
@sadiaasadia5051
@sadiaasadia5051 5 жыл бұрын
Eletawi kijibaa hadha waan asiin baatu argatte.
@zinashdadii5538
@zinashdadii5538 5 жыл бұрын
Wawu kabajamo fii jalatamo oboo lamaa ati nufi utuba keyna bagaa nuu dhalate hamatunu sin hin aragin umuri nuu dheradhu ati ❤️❤️💚💚💪💪💪🙏🙏🙏
@adanechmeskela759
@adanechmeskela759 5 жыл бұрын
Off Obbo Lemmako. Waaqeyyo Seffan Haatew.
@helenh6930
@helenh6930 5 жыл бұрын
ኦቦ ለማ እሁንም ወደፊትም እደግፍሀለሁ እግዚእብሄር ምቀኛና ጭራቅን ከሀዲን ወላዋይን ከፊትህ ያርቅልህ ::
@oromumandhigaakotti2134
@oromumandhigaakotti2134 4 жыл бұрын
ወይኔ የኔ ጀግና እንኳን ደህና መጣህ ፈጠሪ ይጠብቅህ
@mesfinfekadu6104
@mesfinfekadu6104 5 жыл бұрын
Ergaan Kabajamoo Preezidantii Obboo Lamma bayyee cimaafi ergaa guddaa of keessaa qaba. Dhiiroo Lammaan waa hunda lafa kayeeti jira. Oromoo diinaaf wal hin kenninaa
@masaratrak8815
@masaratrak8815 5 жыл бұрын
Dhugaa kee jette
@asnatefera726
@asnatefera726 5 жыл бұрын
Long life our best leader Godbless you obbo lamma magarsa
@ituutsoorii1614
@ituutsoorii1614 5 жыл бұрын
Obbo Lemma our hgero♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥
@AminaAmina-nz6yr
@AminaAmina-nz6yr 5 жыл бұрын
Bagaa dhallate lamma Koo hadhaa sii dechee ginnii ittii aree maalifi bayyifte dauu didee kaa akkaa kettii
@nasriianoleview1606
@nasriianoleview1606 5 жыл бұрын
Lammaa isin jaalanna gaafii ummata oromoo deebisaa hamma dandeessaniin ormi gaafi saba isaa afaan guutate dubbata fkn wolqaayit keenya jedhu sabni amaara nummoo finfinneen keenya yoo jennu maqaan nuuf laatamu(zaranyaa) silaa kana taheef dantaa oromoo kabajiisuudhaaf qabattoo qofa hidhatuu isoo hin taane garaa keessanis sabbataan hidhaa fundaratti deema dhugaa qabdaniif mootan injifannoon ummata oromoof.
@user-rd3ot4cs4v
@user-rd3ot4cs4v 16 күн бұрын
👍🏼👍🏼💟💚💟🌹🙏
@datospora5770
@datospora5770 5 жыл бұрын
Woooooooooooooooooooooooooow!
@destaboki408
@destaboki408 4 жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤
@warkaneshdamasa817
@warkaneshdamasa817 5 жыл бұрын
Dhugadha jabadha
@sofiyaabasi3521
@sofiyaabasi3521 5 жыл бұрын
Mashaallaa mashaallaa mashaallaa baye namati tolta nuu jiradhu
@kebedemideksa4350
@kebedemideksa4350 5 жыл бұрын
vivaa! lamma
@senasena1910
@senasena1910 5 жыл бұрын
Ufffff Gotaa kenyaa urmiii dhertuu rabbini siif haa kanuu 💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻👏👏👏👏👏💪💪💪💪💪💪💪💪💪👈👈💌
@idrisseid7469
@idrisseid7469 5 жыл бұрын
765e
@lolman8495
@lolman8495 5 жыл бұрын
👍👍👍👍👏👏👏👏💙💚💙💖💛💟❤💙💛💜💖💚💙💘❤
@birhanialimo5532
@birhanialimo5532 5 жыл бұрын
Wowowowo obo lamma magaarsa nuf Jiraadhu lencaa lencaa Caaltudha ati IJA dinnasiraa haaqabu Rabbi
@destamamo4895
@destamamo4895 5 жыл бұрын
Dhuuga kaate jiitaa gaaruu fininane hdhuuraa oromiyatii ♥♥♥♥♥♥♥
@fahmiroobe1698
@fahmiroobe1698 5 жыл бұрын
Dhugaadha kabajamoo keenya fayyaa nuuf ta.i bagaan dura taa.aa kenyaas nuuf taate baga keenyaas nuuf taatee hedduun siim boonna haata.uuyyu malee haasaa qofa akka hin taane hujiidhaaniis agarsiisuun dirqama keessan ta.a jabaadhaa baga asiin nu gaye rahmaaniin guddaaniis bara bilisummaa gaarii
@Mysam-sv2cy
@Mysam-sv2cy 5 жыл бұрын
Wowowo wowowo oromia great 😍😍😍👍👍👍👍👍👍💗💗💗💗💗💗💗
@nekubesatu965
@nekubesatu965 5 жыл бұрын
Jabaadha, lema my hero
@duressanurfeta5755
@duressanurfeta5755 5 жыл бұрын
Kunoo akkasitti itti nuuf himi Obbo Lammaa keenyaa!! Seeranis FINFINNEE Bulchiinsa Oromiyaa jala oolchaa saba OROMOOF beeksisaa! Akkasumas AFAAN OROMOO afaan hojii federaalaa nuuf taasisaa!!
@zaraaaliyyii202
@zaraaaliyyii202 5 жыл бұрын
Obboo lamaa nuuf jiradhu umrii nuf dheradhuu abichuu koo
@mariyamoromo1410
@mariyamoromo1410 5 жыл бұрын
😍😍😍😍
@bedryaabatulem5044
@bedryaabatulem5044 5 жыл бұрын
Good job 👍🏽
@oromiyabirthoromo1916
@oromiyabirthoromo1916 5 жыл бұрын
ኡኡኡኡኡኡኡኡኡኡኡኡኡኡኡኡኡኡኡኡኡኡአኡ ለማ ለማ ለማ. ........................... ኦሮምያዬ. ክብርሽ ከፍ ከፍ ከፍ ከፍ. ይበልልኝ
@kiyalove1051
@kiyalove1051 3 жыл бұрын
Yene jagna ante mirxi ye oromo lji nek hulem inwadehalen abiy gin kahadi new
@lensaahannii5095
@lensaahannii5095 5 жыл бұрын
Wwoow lamicho nuuf jiradhuu
@kadotube1893
@kadotube1893 5 жыл бұрын
salamii fagaara hadhaa ke ummataa wallaaggaf walloo irraa ati rakko mali qabdaa ega kan ummaata kenyaa irrati dugugaa sanyii rawattuu sanu ammo hin qanoftuu ayyaana jette olif gadii demtte fagaraa ke rasataa mitti qoshasha ati motummaa nannoo mitti egaa maleshaa gandaa ta'uf iyyu hin maltu dhugaa rabbii
@alfarsi197441
@alfarsi197441 5 жыл бұрын
Woowwoo
@kitabatolesa3428
@kitabatolesa3428 5 жыл бұрын
Leencha nama jabadhaa eyyee
@ansariianas7340
@ansariianas7340 3 жыл бұрын
Biyyakoo dachaa isin jaallanna
@merdiyaahmed226
@merdiyaahmed226 5 жыл бұрын
Long life 🙏😘
@abduushmohamed6324
@abduushmohamed6324 5 жыл бұрын
Akkaasitti itti nuu himi Lammicho keenya
@muktaribrahim7637
@muktaribrahim7637 5 жыл бұрын
Sobuu dhiisaa ummata oromoo walloobira dhaabachuun diriqama ummata oromootifii opo diyooti dirqamaa lamii keenaa bahuu qabdan
@DhugoBoneya
@DhugoBoneya 3 ай бұрын
Baga nu jiraattee lammishaa
@merdiyaahmed226
@merdiyaahmed226 5 жыл бұрын
Rabbin umirri dherra sihaakkenu ✌️
@etsegenetbelayneh7714
@etsegenetbelayneh7714 5 жыл бұрын
Rabiin si"waaliin atawuu.ejee amtuun senargiin.
@aminaaaminaa2894
@aminaaaminaa2894 4 жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤❤👍👍👍👍👍👍👍👍
@fuadmohammed631
@fuadmohammed631 5 жыл бұрын
Jirraa sibira jirra lamma sifduna.ati ija oromoti abshir.
🌊Насколько Глубокий Океан ? #shorts
00:42
Самое Романтичное Видео ❤️
00:16
Глеб Рандалайнен
Рет қаралды 4,6 МЛН
HOW DID HE WIN? 😱
00:33
Topper Guild
Рет қаралды 38 МЛН
Goota Oromoo Obbo Lammaa Magarsaa
8:04
Qaanqee Show
Рет қаралды 24 М.
Laataa Qanna'i Galma Barkumeeti OBN Bit 25, 2011
12:02
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 550 М.
A Muslim Man Enters a Church - They Laughed
39:53
Sabeel Ahmed
Рет қаралды 868 М.
Seeneet Gizaachoo Galma Barkumeetti Bit 25, 2011
12:27
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 353 М.
Afrikaan duraan Liiban jedhamti - Dr Gammachuu Magarsaa
34:02
Pr Lammaa Magarsaa Eebba OMN  29 11 2010
20:20
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 15 М.
Слепой парень помог раскрыть тайну 😱
0:45
Фильмы I Сериалы
Рет қаралды 1,2 МЛН
Как в моей семье едят КЛУБНИКУ 😂🍓 #shorts
0:43
Владислав Шудейко
Рет қаралды 2,1 МЛН
Найди Влада на стадионе
0:26
ЛогикЛаб
Рет қаралды 3,8 МЛН
Как в моей семье едят КЛУБНИКУ 😂🍓 #shorts
0:43
Владислав Шудейко
Рет қаралды 2,1 МЛН
САМЫЙ ЖАРКИЙ ШТАТ (@therealoscarmendez - TT)
0:23
В ТРЕНДЕ
Рет қаралды 7 МЛН
Just a joke 😂
0:11
ARGEN
Рет қаралды 4,2 МЛН