Lij yaared mana hidhaa keessatti gabbatee baye.ummanni wallo nama kuma 900 jedha 🙂 maliif laata

  Рет қаралды 15,520

abdu mobilapp

abdu mobilapp

2 ай бұрын

Пікірлер: 97
@hamzeeroobee
@hamzeeroobee 2 ай бұрын
Abdu sabboonaan Oromiyaa bayee namatti tolaa jabaadhu umrii 100000❤mashaallaah mashaallaah
@makiyahaji2923
@makiyahaji2923 2 ай бұрын
Rabbiin ummata walloo wajjiin haajiraattuu dhugaan nama biraa badu Rabbiin biraa hiin baduu gurbichii Abichuu sodaatee kijibaa abboo .. Lij yareeda baga nagahaan battee sirraa bareede Abboo😅 ija irraa hafii ...
@allahisthegreatest390galbe3
@allahisthegreatest390galbe3 2 ай бұрын
Liij Yared Is My Fans Keep Going Bro
@Samiraawalooo
@Samiraawalooo 2 ай бұрын
Umani walloo mileyna Lama olii xiqa miti gurbich hin kijibaa malee
@mubarakhussen2610
@mubarakhussen2610 2 ай бұрын
Hedduu galatoomi abduu ❤❤ Bar warreen kun warra garaatii rabbiin dhabama isaan haa godhuu
@belayche4050
@belayche4050 2 ай бұрын
Wow Amazing thank you to God 🙏Yaaredoo bagaa Nagaan baatee
@HamidMamee
@HamidMamee 2 ай бұрын
Abduu baga jiraatte Taatee walloorratti taate ykn duguuggaan walloorratti raawwarame mootummaan parsanta dhibbarraa torbaatam isaatu harka keessaa qaba garuu isaan walloon akkanatti gargaarama jedhanii hin yaanne olbaafachuullee dadhaban gargaarsi walloof taasifame kuni motummaadhaaf hin taane kanaaf gurbaa akkanaa fi akkas jedhii jedhanii erganii beeki mootummaan yeroo ammaa kana keessatti waan oromoo ni miidha ykn ni cabsaa jadhee itti amanu hunda oromoorratti bobbaasuu barbaada malee nama oromoo gargaaru hin barbaadu kanaaf gama wallootiin karoorri isaa gatii dhabuu isaa agarraan bakka bu'aa godinaa san akkana jedhi jedhanii ergan jadheen amana akka yaada kiyyaatti
@user-ki7ei3qc8s
@user-ki7ei3qc8s 2 ай бұрын
Abduu bayee galatoomi nuf jabadhu oromo walloo kana qofaa miti kun kan gargaarsa umaata saamu barreedha
@jamalabdullahi8723
@jamalabdullahi8723 2 ай бұрын
Dhugaa yoo dubbanne Afaaniin you qoqoodan malee, Wallloon guutuun isaatuu Oromoodha.
@AminaDaawud
@AminaDaawud 2 ай бұрын
الحمدالله على نعمة الإسلام 👍👍
@Biftuu....walloo
@Biftuu....walloo 2 ай бұрын
Gurbaan hatudha oromon walloo miliyon lamaa oli wari biyaa alaa jiruu qofaan miliyon tokko ni tanaa
@ebbonwaaji5545
@ebbonwaaji5545 2 ай бұрын
Hasawa madaalawaa dubbatta bayye natti tola of eggannodhaan dubbatuunkee
@AminaDaawud
@AminaDaawud 2 ай бұрын
ما شاءالله ما شاءالله تبارك الله ♥️♥️♥️♥️
@TesfayeZergawu
@TesfayeZergawu 2 ай бұрын
Thanks God endless bless and freedom for leg yard
@Biftuu....walloo
@Biftuu....walloo 2 ай бұрын
Balaa hunge yero jedhe 77ti na yaadachise yero sanu nuti rakkane walloo hin gadhifne ammale robni nuf robaa jiraa gurbaan yoo gondari dhufee jiraate nuti hahimu😂
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 2 ай бұрын
Guddaa Guddaa Galatoomi Abdii jabaa dhuu🙏🙏💖💖
@OroKush773
@OroKush773 2 ай бұрын
Ummanii walloo 2m olii hin kijiba
@alanudinjamal4814
@alanudinjamal4814 2 ай бұрын
Rayyaan abbaamacaa maalif callisee yerroo innii bayyina walloo tiqqesuu
@user-gf6qb1ki4e
@user-gf6qb1ki4e 2 ай бұрын
Dhugaa keeti abduu kenyaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@AhmedUtopi-uc5oz
@AhmedUtopi-uc5oz 2 ай бұрын
Walloon yoom beloofne nu gargara jatte .birri hedduu kana bifa kanaan godhuun akka kotiitti naf hin tane.waloof mishaa hidhanoo barbachicaa
@HadabbaTiyyaa
@HadabbaTiyyaa 2 ай бұрын
Wollo saudi qoftii sani caalti lakkofsa aķkami akkasi ta a
@meseretnigusee6109
@meseretnigusee6109 2 ай бұрын
Wow Amazing Yaaredoo bagaa Nagaan baatee ❤❤❤❤❤
@hawiilami9796
@hawiilami9796 2 ай бұрын
Abduu lij yared amantaa mitii kaan aransee qesii arabsee malee qesiin imoo akkuma nama tokkoo nama dhaa knf lij yared amantaa hin arabsiine isanymatuu isaa jala demee arabsaa turee
@HassanAhmad-hh3sf
@HassanAhmad-hh3sf 2 ай бұрын
Wallahi balaan honge takkaa nama toko buqifte hin bektu namittin hin kjibdi
@uaeajman4945
@uaeajman4945 2 ай бұрын
Bagaa nagaan nuuf ba,ee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@AwolTamam-zn8zn
@AwolTamam-zn8zn 2 ай бұрын
Atiho yerowadhihesite ofumaf dubitifixxaa
@HassanAhmad-hh3sf
@HassanAhmad-hh3sf 2 ай бұрын
hin afufti tuni bitamtuun walloon Anaa 7ba wly
@Am-uu6yi
@Am-uu6yi 2 ай бұрын
Congrats 🎉
@user-ii2gk5ji4h
@user-ii2gk5ji4h 2 ай бұрын
Hnkijiba. Bokenya. Jira❤
@Taju-gy7oq
@Taju-gy7oq 2 ай бұрын
Dhugaa jirtu malif himuu sodaata
@Oromiyaa418
@Oromiyaa418 2 ай бұрын
Maatii na ta umataa qalii please
@naziruuzinaabuu8808
@naziruuzinaabuu8808 2 ай бұрын
mal hojata
@gelayeeticha-wv9ed
@gelayeeticha-wv9ed 2 ай бұрын
Welcome jabaadha Oromo koo
@Khadija-xf9vb
@Khadija-xf9vb 2 ай бұрын
BagaRabbiin isabaase
@mdkhsn2169
@mdkhsn2169 2 ай бұрын
Ummani Wollongong miliyoona 2 lamaa olii
@Kadiir_kaatibee
@Kadiir_kaatibee 2 ай бұрын
Ummanni walloo 2m oli🥰
@Nadhii_galaan_3
@Nadhii_galaan_3 2 ай бұрын
0:19
@firooahmed7627
@firooahmed7627 2 ай бұрын
Oromon woloo idoo isanif bolloo oromian kessaa ballloo jiraa amaraa oromiaya kessaa jiranf idoo isaanif qopeesafii jaaebiif amaarif himii
@Husenbashananna
@Husenbashananna 2 ай бұрын
‏‪3:38‬‏
@OroKush773
@OroKush773 2 ай бұрын
Wawawaw❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@dheeranejash6400
@dheeranejash6400 2 ай бұрын
Baga Rabbi si base ❤❤❤
@a21swhit36
@a21swhit36 2 ай бұрын
Kkkkkkkkkkkkk hujii kee nyadhuu bulchaa woloo
@user-fq3ln7py1h.oromoo
@user-fq3ln7py1h.oromoo 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉nuf.jiradhuu
@hahausuwu-pp9rz
@hahausuwu-pp9rz 2 ай бұрын
Kabeneraa silumaa keri hin egnuu
@user-iz6qz4il1p
@user-iz6qz4il1p 2 ай бұрын
Namichii hatudhaa abdu galatomiii❤❤❤❤
@allaahkariimqwe9442
@allaahkariimqwe9442 2 ай бұрын
Koliikole atii jiijiiramaa esaatii hagariitaa inafaa biiraa😂😂😂
@Abdulmajeed-te2yq
@Abdulmajeed-te2yq 2 ай бұрын
Lij Yaarid Yaada hin qabu Kanaf Gabbate Jette Abduu?
@user-em5yj3nw3w
@user-em5yj3nw3w 2 ай бұрын
Jabadhu gota kenya
@SeenaaKiyyaa-bf2df
@SeenaaKiyyaa-bf2df 2 ай бұрын
Aye aniyu heddu gamadde yaredo bagaa nuf bate
@user-xc1jz5jb4u
@user-xc1jz5jb4u 2 ай бұрын
Biya sani jetam biya kam nanuma maqa bekne tate achuma demte nati fakate 🤔🤔🤔
@meseretnigusee6109
@meseretnigusee6109 2 ай бұрын
Kunii maaloodha Gowwaa waaranii hoo kkkkkk😂😂😂 Namichaa Sammu Low Jedhii
@user-ew2ej2pv6b
@user-ew2ej2pv6b 2 ай бұрын
👍👍
@abdulaziz-sultan_0215
@abdulaziz-sultan_0215 2 ай бұрын
Ok
@Jamil.nugusee
@Jamil.nugusee 2 ай бұрын
Abdu baguma kenaa tate.wlh nami akka kee dhugaa dubatu hin jiru
@OromtichaBuunnoo-wk6gn
@OromtichaBuunnoo-wk6gn 2 ай бұрын
Nuuf jiraadhu qaalii namaa
@Kadiir_kaatibee
@Kadiir_kaatibee 2 ай бұрын
Abdishaa🥰🥰
@user-gz5eh6ne7l
@user-gz5eh6ne7l 2 ай бұрын
Uuuuuufiii ❤❤❤❤❤❤❤
@galaaneetuffa8665
@galaaneetuffa8665 2 ай бұрын
Yaa Oromoo Amhara akka Oromoo gowwaa isin ti hinfakkaa tin , Walloon lafa Oromootti tu Amhara zonii jala see, garuu Amharri regionii isaanii kessaa gara Oromiyaatti dhufa Kanaafuu,tokkoo moti. Akkuma nui biyya faranjjii keessa jirraanu dha.
@Walloo872
@Walloo872 2 ай бұрын
👍👍👍👍👍
@afnanlouay6593
@afnanlouay6593 2 ай бұрын
Dhugaa ketii
@Taju-gy7oq
@Taju-gy7oq 2 ай бұрын
Hanga yoom sodaan jiraanna
@AbdellaaedaohukkeeTaatee
@AbdellaaedaohukkeeTaatee 2 ай бұрын
Oromoon miliyoona 70oli
@caalaambo4826
@caalaambo4826 2 ай бұрын
❤❤
@xaawomaxamuudyusuf
@xaawomaxamuudyusuf 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤
@abdoosuruur2325
@abdoosuruur2325 2 ай бұрын
❤❤❤❤
@sintiaabdeta8374
@sintiaabdeta8374 2 ай бұрын
😘😘😘😘
@Samiraawalooo
@Samiraawalooo 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@SomoIya-qh7jz
@SomoIya-qh7jz 2 ай бұрын
Yooyaa gootoota Oromoo
@user-ki7ei3qc8s
@user-ki7ei3qc8s 2 ай бұрын
Kun kan umaata walloo xiqeesuf ergameedha
@alaminfinix
@alaminfinix 2 ай бұрын
❤️❤️❤️❤️❤️♥️♥️♥️♥️
@madinaganaso2814
@madinaganaso2814 2 ай бұрын
Ifii manuma hidhaa ture
@AminaDaawud
@AminaDaawud 2 ай бұрын
As Wr wb
@chaltudame8347
@chaltudame8347 2 ай бұрын
Lij yared baga bate
@taajirahamanur8240
@taajirahamanur8240 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Nadhii_galaan_3
@Nadhii_galaan_3 2 ай бұрын
Comment jalqaba tiyya
@obsanijiratanibiyyaaormaa9920
@obsanijiratanibiyyaaormaa9920 2 ай бұрын
Bardaa taa, ee kaa qaraa calee
@hayatah7696
@hayatah7696 2 ай бұрын
Tik Tok irraa Kani jiranuu qofituu kummaa 900 ini ta'anu ijjooleeni walloo ee misikinnaa wly😂😂😂
@user-ey4tx5po2e
@user-ey4tx5po2e 2 ай бұрын
Miliyoona 2.5 nitaana
@edrisawal
@edrisawal 2 ай бұрын
balaa hongoo hin jiruu buqa.iinsa yoo tate malee ni sodaata gurbaan
@user-mv7oj3dr6r
@user-mv7oj3dr6r 2 ай бұрын
Dhugaa keeti abduu namuma 9 jechuu ni danda,ama akka piippiti
@zanos....
@zanos.... 2 ай бұрын
Kkkkk
@user-zy9ue3ub8m
@user-zy9ue3ub8m 2 ай бұрын
🇸🇦🇸🇦🇸🇦🇸🇦🇹🇷🇹🇷🇸🇩🇸🇩🇾🇪🇾🇪🇾🇪🇾🇪
@suliemanalihayder6969
@suliemanalihayder6969 2 ай бұрын
Rakorroobbamit Fanodhaabdu
@firooahmed7627
@firooahmed7627 2 ай бұрын
HIn dogongorin
@habtaamuuxiyyaa7469
@habtaamuuxiyyaa7469 2 ай бұрын
Oromoon kun hanga yoomitti rakkoo isaa dhokfatee jiraataa? Osoo Amaarri[Faannoo] mucuq qochaa jiru dubbachuu irra , "rakkoo hongee jedhaa?" kan Hongeen godhe irra kan Faannoon fixxetu heddummata!
@ZabadjamaNaima
@ZabadjamaNaima 2 ай бұрын
Oromodhaamiti.
@meseoroyoutube287
@meseoroyoutube287 2 ай бұрын
Abduu kenyaa sii laludhafii hawwina eginaa jabaa kenyaa jabadhuu❤
@allaahkariimqwe9442
@allaahkariimqwe9442 2 ай бұрын
🤮🤮🤮🤮
@efsrdsssrdss2151
@efsrdsssrdss2151 2 ай бұрын
🤧🤧
@user-pr9si4no9w
@user-pr9si4no9w 2 ай бұрын
Kunii harree dhaa.
@Makiishow
@Makiishow 2 ай бұрын
Tarii baalaa sodate ta.a
@Mameeoro-kb9re
@Mameeoro-kb9re 2 ай бұрын
Tuni kijibaduda😂
@user-by6xe3he2h
@user-by6xe3he2h 2 ай бұрын
He scared from leader cousin of fanoo evil Oromo peoples everywhere Allah help Theme
@user-ex7oo6lx4x
@user-ex7oo6lx4x 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤
@user-eo2iz5vc4t
@user-eo2iz5vc4t 2 ай бұрын
❤❤❤❤
@user-fj9rx3sw7p
@user-fj9rx3sw7p 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤
A little girl was shy at her first ballet lesson #shorts
00:35
Fabiosa Animated
Рет қаралды 3,1 МЛН
Stay on your way 🛤️✨
00:34
A4
Рет қаралды 7 МЛН
Дарю Самокат Скейтеру !
00:42
Vlad Samokatchik
Рет қаралды 8 МЛН
OROMIA11: keessummaa Walhaabarruu Dalecha Arsicha ( Tiktokara)
50:46
Qophii yeroo jaalalaa OBN irratti jaalala Halaalaa
26:05
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 136 М.
Anaa Dhufu: Turtii Faarfataa Phaawuloos Taganyi
44:35
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 18 М.
как попасть в закулисье в schoolboy runaway
0:51
POV Joy and Anger's house - Inside Out 2
0:40
AmogusMan
Рет қаралды 22 МЛН
He doesn’t like illusions
0:17
V.A. show / Магика
Рет қаралды 15 МЛН
And who would you choose?👇
0:20
Kitty Power
Рет қаралды 7 МЛН