Lolli gowwaa dhaabbatu qaba jawar mohammed kasaara baati 8 qofaan.akkasuma dirooniin wallagagti kuft

  Рет қаралды 30,767

abdu mobilapp

abdu mobilapp

2 ай бұрын

Пікірлер: 136
@ifiyyfhuj1615
@ifiyyfhuj1615 2 ай бұрын
Dironin kum garuu dhugama kuftee kopha demtee moo namnii midhamee hoo jiraa oromoo bilisomera jechaa dironii ittii erguun kun garuu namaf hin qaluu rabbii oromoo tokkoo haa godhuu ammalee jabadha oromoo nidaaf harkaa hin keninaa dironishees tankiishees of iraa eega 👌👌💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💯✅✅
@user-rr4jz5ld4j
@user-rr4jz5ld4j Ай бұрын
Mee gurraa akkasii hinbarbaadnuu Amma garagalchii yaadi
@hasenbonso3644
@hasenbonso3644 2 ай бұрын
Beautiful work keep up the good work big respect and big love
@lalenh.k3743
@lalenh.k3743 2 ай бұрын
Abdu keegna nujiradhu ❤
@RameeTube-qf4ym
@RameeTube-qf4ym 2 ай бұрын
Hatii sinqee duri akaa amaa hin bitaman hatii siqee amaa bilxiqinaa tu bitee❤jabadhuu huji baredudhaa❤
@kakustudio9485
@kakustudio9485 Ай бұрын
K I
@AhmaddinJawar
@AhmaddinJawar 2 ай бұрын
caamsaa 12 2034 motummaan itoophia ijoole baarsistoota naannoo harariti baracha jiraanif nama maqan issani shaarif Abdala ficaalaa kaadir akkasumas fu'aad taaji jadhamuu haalkan sa'a shaanti mana caabsani ichuuma bakkaa gaalmaa shiirraa jadhaamtu adaamsuun guufuu guidaa daanqaa tahee jirraa akkaa saagalee nuuf taataan ummaani biiyyaa
@iqlimaamme6870
@iqlimaamme6870 2 ай бұрын
Subahanallah subahanallah jzk
@RomanRoman-vj5xz
@RomanRoman-vj5xz 2 ай бұрын
Brovo Jewar. You are a brilliant guy. May God be with you.
@munirahafiz1242
@munirahafiz1242 2 ай бұрын
Dhugaa keeti jaween waan hundannu nati tola rabbii umrii isaa nuuf haa dherresuu❤❤❤❤
@ummiisufiyaan5554
@ummiisufiyaan5554 Ай бұрын
jawwee leenca fakii namaa Rabbiin umrii isaa nuf haa dheeressu
@user-xq2mu1kk1l
@user-xq2mu1kk1l 2 ай бұрын
Waaqayyoo godhee waalllaggaa fixuu dhuftee baadee achumanii garuu
@user-iq5cj9in4r
@user-iq5cj9in4r Ай бұрын
😢😢😢😢dhugaa dhaa wollh amaa sababa takani maltee uaman keyaa dhuma jiraa rabii nura jijruu hnshalaa
@Abdulaziz-kj9ss
@Abdulaziz-kj9ss 2 ай бұрын
Maashaalh abduu kenaa aswrwb
@FiloWardi
@FiloWardi 2 ай бұрын
Waqayyo guddadha wàllggafi yomiyuu in lolaa baga namni hin du'in uuuufffiii😢🙌❤💚❤🙏🙏
@MohamedAbdo-bb5yz
@MohamedAbdo-bb5yz 29 күн бұрын
As
@user-ki3gl1ti8s
@user-ki3gl1ti8s 2 ай бұрын
Yaanni ke naaf tayeera galatoomi ❤❤❤❤
@user-xb1eq7ey7u
@user-xb1eq7ey7u 2 ай бұрын
As wr wb akamii nagayaa jiritaa duaritii kabajaa qabiddii garuu dhifamaa shiraa motumaaa woyii taa
@abudhabi835
@abudhabi835 2 ай бұрын
Dhuga kesani woly 😭☝️💔
@Khadija-xf9vb
@Khadija-xf9vb 2 ай бұрын
As Wr Wb.eeyyeen Abduu qaama tokko deeggaruu hin qabnu.ummata keenyaaf sagalee tahuu du'aahii kadhachuudha hojiin.keenya YaaaaaRabbi biyya keenya sana nagaa nuugodhi YaaaaaaAllaah
@user-fg1xu6gf1w
@user-fg1xu6gf1w 2 ай бұрын
Wallahi haallii ummaannii kenyaa kessa jiruu hedduu nama yaachisa haalkan geenya fincaanifuu gad bahuu hin dandahan
@GadiseMamo
@GadiseMamo 2 ай бұрын
Kufuu dironii kanatii bayyee goftaa galatefadhaa dhugaa waqayyooo lubbuu miskinaa bayyee fixee garaa kotuu gamaddee bagaa uruftee hamayyuu waqayyooo hamaa oromoo daraa haa godhuu
@qashtiibaalee5918
@qashtiibaalee5918 2 ай бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@KadiirKamaal-fj3ej
@KadiirKamaal-fj3ej 2 ай бұрын
Jabaadhu haala gaariin qopheessita garuu eenyutu eenyuun wolitti araarsa
@meseoroyoutube287
@meseoroyoutube287 2 ай бұрын
Bagaa cacabdee dhugaa ilmaan oromoo itti cacabisee
@user-zr3to7wv1c
@user-zr3to7wv1c 2 ай бұрын
Rabiiuu dhugaa keenyaa mul'idhisee hoji rabiiti
@SamiraaShanqo
@SamiraaShanqo 2 ай бұрын
Jawwee malee oromiyaa bilisomu hin danadetu ❤❤❤🎉🎉dhugaa jiratu kanumaa❤❤🎉🎉
@Likkee-tg5py
@Likkee-tg5py Ай бұрын
Waqaayoo gooftaan nageenya nuuf haa baayisuu
@lalenh.k3743
@lalenh.k3743 2 ай бұрын
Jawar is an icon ✨️ 😍
@rayaanrayaan589
@rayaanrayaan589 2 ай бұрын
Jawaar yaamani demee haa jiratuu yaroo 100 yoo posti godhee mootummaan isaa hin dhagahuu
@user-lz4si6rg7v
@user-lz4si6rg7v 2 ай бұрын
Bagaa cacsbdee allahamdullillaah dhugaa ummataa miskinnaa kaa sagalee dhabee rabbii basaa jiraa
@abdushakuurhajjii
@abdushakuurhajjii 2 ай бұрын
boonnuu nullee fayyadu iyyinuu nujala dhagahamaa way rakkoo biyya kootii kan xumura hiqabnee 😔😔😔😔😔😔😔😔😔😔😔😔 abdushakuur hajjii anaa shirkaa irraa
@HedarIbrahim
@HedarIbrahim 2 ай бұрын
Atis baga nagaan dhufte qaxaleenamaa
@ebsamohamed5845
@ebsamohamed5845 2 ай бұрын
I am a much older man than jowhar . I am a contemporary of Merara Gudina. I have participated in the Oromo struggle of emancipation. I have much respect for the young jowhar. But young jowhar doesn’t understand the Amhara conispracy . He just need to stay out now since he has contirputed so much . I hope he stays out of amhara politics . Oromo has to prepare for the long bitter lengthy patriotic independence war . Freedom isn’t free. We have to now that
@radiamuktar7419
@radiamuktar7419 2 ай бұрын
Abboo Bismillah amle namnii namaa midhuu hin milkiiinii abbo kasaaraa warii dhumaaatii oromoo hawitan bizinilaahiii😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤
@HamidMamee
@HamidMamee 2 ай бұрын
Abduu baga jiraatte ammallee nuuf jiraadhu qaalii sabaa nurraa badde malee
@maakkiyaaabdii9210
@maakkiyaaabdii9210 2 ай бұрын
Dhugaaa keetii😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤السلام علیکم! وعلیکم السلام! صبح بخیر وعلیکم السلام! 😢😢
@bulee_show11
@bulee_show11 2 ай бұрын
Welcome abdu garuu maliif nurraa turta bar nutii sii eyna guyyarra nu dalagii kaa video galatoomii ❤❤❤
@user-iw6nl8eg7o
@user-iw6nl8eg7o 2 ай бұрын
Dhugaa keeti wallah namuu garaa isaa argannaan kaan ajjeesun in ulfaatu namatti
@user-rr4jz5ld4j
@user-rr4jz5ld4j Ай бұрын
Please please!!!!! Dhugaa jirtu hin awwaalin!! Yoo miidiyaan kee miidiyaa ukkaamsa qaaama laachuu irraa walaba ta'etti!!!! Yammuun kana siif barreessuu ummata kana qooddatee kan biyyootti dabalaa jiru waraana mootummaa fi waraana bilisummaa oromoos nidabalata!!! Ispeeshaalii naannoo Kaaba shawaatti faannoon gahee guddaa qabaattus hiraarsi uummata irra gahaa jiru qaama mootummaa fi qaaman ABO tiin akka ta'e quba qabaadhu!!!!! Kana quba qabaadhu
@user-ln8qv4bc1g
@user-ln8qv4bc1g 2 ай бұрын
Dhugaa oromoo Waaqayoo haamul, isuu ☝️☝️☝️☝️☝️☝️🥲🥲
@HedarIbrahim
@HedarIbrahim 2 ай бұрын
Ja jabaadhu
@CellPhonica-ww7mk
@CellPhonica-ww7mk 2 ай бұрын
Baga kuftee goshii waqayoo guddaadhu dhigiin oromoo ganaa ibda ta,e mootumaa Ethiopia gubbaa😥😥😥👆👆👆
@user-xn8ln3to3q
@user-xn8ln3to3q 2 ай бұрын
Gara ABO jirta
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 ай бұрын
BISMILLAH/ALHAMDULILLAH HEDDUU NAMA DANDDEESSAA BAADIYYAANIS BIYYUMAA ART KADIIR SA'IID IJAARSAOMN HAYYUUN ABDU ASWRWBGZX KOREEN MAJILISAA YAANNIS IFAA GURRUMA ABBAA/HAADHATII FAAYIIDAA YAANNII NUUF KEENNEE ALHAMDULILLAH ITTISAA DHALOOTA OSOO BADIRRAA WAL HIN JIBBI IFAA INJIFANNOO WAL EEGAA N IFAA.GARUU KADHAA MITII JALA KURREE JIRRAA
@KasimHj
@KasimHj 2 ай бұрын
Jawar is our icon ❤🎉❤
@bilisumaahajjjelan7963
@bilisumaahajjjelan7963 2 ай бұрын
Dhugaa.keetii ✅✅✅
@mubarikyusuuf5544
@mubarikyusuuf5544 2 ай бұрын
Woruumaa abaa ireetiuu gadanii buchaa jiraa
@maremashawa3968
@maremashawa3968 Ай бұрын
As wl wr wb Aboolesa koo Qaalii mee akka itti imo nama irratti hiidhatan naatii himi
@user-rt8iu5hy6s
@user-rt8iu5hy6s 2 ай бұрын
Baga Nagayyyaan dhuftan ❤❤❤🎉🎉🎉
@RadiyaaFuad-fn2jt
@RadiyaaFuad-fn2jt Ай бұрын
Alhamadulilaa bagaa kuftee
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 2 ай бұрын
Guddaa Galatoomi Abdii 💖💚💖💯✔️
@diini9165
@diini9165 2 ай бұрын
Siiqeefii Abotiin gaadaa waarii jaadhaman waara sobaan piippiin ijaarateedhaa hiin sobaanii
@bahirumamo9459
@bahirumamo9459 2 ай бұрын
Dhega namate.
@user-gz5eh6ne7l
@user-gz5eh6ne7l 2 ай бұрын
Ililililili bagaa caabbiddee oromo fixufi Rabin abbaadhuugaatti baggaa cabbiddee😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@godawajjiitube
@godawajjiitube 2 ай бұрын
Hojii kee bareedadha jabaadhu ❤❤❤❤❤❤❤❤
@EmishawAyele
@EmishawAyele 2 ай бұрын
Thanks
@meseoroyoutube287
@meseoroyoutube287 2 ай бұрын
Abaduu kenyaa bagaa nagaa dhufte
@ummiisufiyaan5554
@ummiisufiyaan5554 Ай бұрын
Alhamdulillaah baga kufte
@uaeajman4945
@uaeajman4945 2 ай бұрын
Eeleeleeleelee bagaa caccabdee❤❤❤❤❤
@ZaraBh-sz6ct
@ZaraBh-sz6ct 2 ай бұрын
Nuuf haa jiraatu jawaar❤❤❤
@hawwaadiksiis3157
@hawwaadiksiis3157 2 ай бұрын
Well Come ❤❤❤❤
@zeharazehara9372
@zeharazehara9372 2 ай бұрын
well come
@aishaaa1904
@aishaaa1904 2 ай бұрын
🥰🥰
@AbdallaaAbrahimMussa
@AbdallaaAbrahimMussa 2 ай бұрын
👍
@rrzz7647
@rrzz7647 2 ай бұрын
Welcome abduu
@Halima-rd7zl
@Halima-rd7zl 2 ай бұрын
Yarabii nutii bitii 🥰🥰🥰
@JibriilBakaraa-cb8gq
@JibriilBakaraa-cb8gq 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@kadejaalala1207
@kadejaalala1207 2 ай бұрын
Jawee❤❤❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 ай бұрын
❤❤❤Galatoomaa Hawaasaa fi Hayyoonnii Zaal _ ambbasaa jirtaa National security Nageenyaa isiniif hawwinaa
@abdooromo-fk3rr
@abdooromo-fk3rr Ай бұрын
❤❤❤
@samirabalcha3879
@samirabalcha3879 Ай бұрын
Dhugaa😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤
@ZaraBh-sz6ct
@ZaraBh-sz6ct 2 ай бұрын
Hanga Har'aa magaalaa finfinnee keessa ijollee oromo guuranii makalaakiyaatti ergaa jira jedhan 😢
@IbrahimUsuman-ei4if
@IbrahimUsuman-ei4if Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤jawee.kiiiyaaa.urmii.nafii.dheradhuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@SodoTubecome
@SodoTubecome 2 ай бұрын
❤❤❤ jabadhuu Abdu
@GetuMola-zi8hg
@GetuMola-zi8hg Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@user-en2qv2ds4v
@user-en2qv2ds4v 2 ай бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@FozehFofo-xq8tb
@FozehFofo-xq8tb 2 ай бұрын
waanii waallgga tee raabi hin duubatuu😢😢
@SomoIya-qh7jz
@SomoIya-qh7jz 2 ай бұрын
Yooyaa gootoota Oromoo 🙏🙏💪💪😍😍🥰🥰💕💕❤️❤️💞💞💖💖👍💯☝️
@madinawado4946
@madinawado4946 2 ай бұрын
Well come abduu keenaa ❤❤❤❤
@ffwtuuue
@ffwtuuue 2 ай бұрын
❤❤❤❤
@oromiyaannibilisoomtidhiig9147
@oromiyaannibilisoomtidhiig9147 2 ай бұрын
Jabaadhu❤
@leencobesst
@leencobesst 2 ай бұрын
☝ ororomo ❤🤲🤲
@bilisumaahajjjelan7963
@bilisumaahajjjelan7963 2 ай бұрын
JAWAR ❤❤❤🐅🐅🐅🐅❤❤❤💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯👍✅
@abdikiyyarabbuma3026
@abdikiyyarabbuma3026 2 ай бұрын
👍🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@dubaidubai5020
@dubaidubai5020 2 ай бұрын
Bagaa kufte dironin isay waaqayyo sii haa galatuuu
@jemsibon
@jemsibon 2 ай бұрын
Shanen dinaa oromoti
@DawitEjetaa-es7fu
@DawitEjetaa-es7fu 2 ай бұрын
Waqayoo nagaa fidii atii😭😭😭
@HamidMamee
@HamidMamee 2 ай бұрын
Kufinsi diroonii kuni waa hedduu agarsiisa baga kufte rabbiin akkuma diroonii kuffise abiyyillee kuffisee nuhaa agarsiisuu osoo inni Angoo irra jiruu nageenyi dhufu hin jiruu kiyyaan sagal gara gaggalaa araara yoo buusees nagaya hin buusu
@kahlidsaid
@kahlidsaid 2 ай бұрын
Maal gurra nuh buusa bayyee nurraa turtee wa'ee diroon ni midiyaa biraa yeroo arguu isaa ofirra dhiisee dhufee gara midiyaa keetii dhufnaan garuu hin jirtu!
@user-bz2vy9bp7t
@user-bz2vy9bp7t 2 ай бұрын
Ka nagenyi akaa bunee godhaa jiraa motuumaa maf higafanee umaanin nagenyaa kanaa motumaa gafchuu qabaa
@taajirahamanur8240
@taajirahamanur8240 Ай бұрын
🎉🎉🎉🎉
@user-gz5eh6ne7l
@user-gz5eh6ne7l 2 ай бұрын
Dhuugaani oromo dubbachaajira
@user-gz5eh6ne7l
@user-gz5eh6ne7l 2 ай бұрын
Gannaakarraa abyi😂😂😂😂😂bagacabbiiddee
@bahirumamo9459
@bahirumamo9459 2 ай бұрын
J,dawed ebsano me ofefu blcha.
@qalloowarratuulamaashaggar1477
@qalloowarratuulamaashaggar1477 2 ай бұрын
Kufatin dirooni kuni waa nuti agarsisa dhugaa oromoo akkati bahati abiyis gaafa tokko akkati kufa baguma kufte
@user-ik8el2pq6x
@user-ik8el2pq6x 2 ай бұрын
😢😢😢😢😢🎉🎉🎉❤❤
@user-eo2iz5vc4t
@user-eo2iz5vc4t 2 ай бұрын
Dhugaa. Oromtii. Kechaa. Jiraa. Dhiigaa. Oromoo. Satii. Dhekamee. Cavabasee
@GutamaAliyi-wu1zy
@GutamaAliyi-wu1zy 2 ай бұрын
Dhugaan jiruu kaan
@user-xf8vm9vp5t
@user-xf8vm9vp5t 2 ай бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢
@ghssjshhdbdndj2506
@ghssjshhdbdndj2506 2 ай бұрын
❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰😍😍
@bilisumaahajjjelan7963
@bilisumaahajjjelan7963 2 ай бұрын
Dhugaa.keetii
@nasruuzaakir8203
@nasruuzaakir8203 2 ай бұрын
Sitti hakufttu bo
@dabazewdie2607
@dabazewdie2607 2 ай бұрын
Gotaakenyaa
Hojii Aartii irraa gara Faaddaalummaatti!!  Buzee
48:10
Qaanqee Show
Рет қаралды 72 М.
Xiyyeeffannaa - Marii mootummaa fi Bobbaa waraanaa WBO
1:13:07
Afgaafii Jawar Mohammed Fi Yaada Namoonni kennataa jiranii
20:53
United Oromia
Рет қаралды 31 М.
When an RV meets a zombie outside #rv
0:21
campingWorld
Рет қаралды 28 МЛН
ВОТ как ЖЕНИХ выбирает СЕБЕ невесту 😱 #shorts
1:00
Лаборатория Разрушителя
Рет қаралды 9 МЛН
ВОДА В СОЛО
0:20
⚡️КАН АНДРЕЙ⚡️
Рет қаралды 24 МЛН
Горилла Показала Малыша 😍
0:23
ДоброShorts
Рет қаралды 2,2 МЛН