Waggoota 35f isaan beekna!/Ergamaa Garboolee Hirphaa - Keessummaa Mo'aa/Kutaa 2ffaa

  Рет қаралды 5,791

MO'AA TV

MO'AA TV

2 ай бұрын

#SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
SAGANTAA KEENYA YEROO HUNDA ARGACHUUF FUULAA FACEBOOK KEYNAA LAYIIK GODHAA. 👇👇👇
/ moaatv
CHAANALLII KEYNAA YUUTUBII SAABISKIRAYIB GOCHUUN SAGANTAALLEE KEYNAA YERROO HUNDAA BAKKAA HUNDAATTII HORDOFUU DANDEETAAN. 👇👇👇
/ @moaatv479
Copyright ©2020: Mo'aa TV
Note: unauthorized use, distribution and re-upload of this content is strictly prohibited

Пікірлер: 36
@marthaatomssa9572
@marthaatomssa9572 2 ай бұрын
Waaqaayyoo issin haa'eebbisu humuri dherra nuuf jiradha 🙏🏻🙏🏻🙏🏻❣❣
@kabamergia4596
@kabamergia4596 2 ай бұрын
Gabaabamatti Tv -Mo'aa Raajii garboolee argachuu keessaniif Eebbiffamtaniittu _ Raajii Garbooleen Raajii qofa jechuun Moggaasa qofaan isa yaamuu irraa of- qusadhaa !!! Amala gooftaan dhala namaa fakkaattee biyya lafaatti aarsaa badaa nuuf dabarse namni beektan Garboolees haaluma sanaan yoo hubattan gaariidha ! Eebbiffamaa
@user-om5zm3cn3m
@user-om5zm3cn3m 2 ай бұрын
Waaqayyoo baraa fi jireenyaa keesaan haa eebbisuu. Eebbifamaa baraa Namni horii fi qaabeenyaa gulaa jooruu kanaa Hubannaa nuu kennuu keessaniif guddaa galatoomaa.
@tesfayetesema3420
@tesfayetesema3420 2 ай бұрын
From USA: Excited to see pastor Mekonnen Mamo. God used (ወንጌላዊ ) Mekonnen to bless us well spiritually in Asossa 30 years ago.
@amarechdufera721
@amarechdufera721 25 күн бұрын
Mokekoo àtiyu nama Eebifamadha unurii dheraa jiradha ❤❤❤❤❤
@Golgota816
@Golgota816 2 ай бұрын
Raajii waaqayyoo isa sirriidha Raajiin Garbooleen,Umurii nuu dheeradhaa! Eebbifamaa . Gaazexeessaa kabaja guddaa Itti agarsiisteef Galatoomi.Baayyee kabajjee itti haasofta.
@motiethiopia2948
@motiethiopia2948 2 ай бұрын
Baayyee eebbifamaa dhugaa. Waaqayyo isin haa eebbisu. Isinis waaqayyo isin jaallatee raajii garboolee TV keessan irratti interview taa'an
@beekkani8947
@beekkani8947 2 ай бұрын
ebbifama nama waaqayyoo❤❤ nama guddaa dawwit jireenya isaani wangeela godhata isaa keessaan of ilaalu raajjiin garboolen bara keessaan nuuf haa ebbisu waaqayyoo❤
@ebisadesalegn3407
@ebisadesalegn3407 2 ай бұрын
Baay'ee Gooftaan isin haa eebbisu!!
@ConfusedCrocodile-yh9xh
@ConfusedCrocodile-yh9xh Ай бұрын
Amen
@bilisummaadarajjee8559
@bilisummaadarajjee8559 2 ай бұрын
❤️❤️❤️❤️❤️💯💯💯 jaallatamaa namaa.
@HailuAyalewAbebe-ih3jm
@HailuAyalewAbebe-ih3jm 2 ай бұрын
Namaa waaqayyo ebifammaa❤❤❤❤❤
@barii_ganamaan9560
@barii_ganamaan9560 2 ай бұрын
Waaqayyo isin haa eebbisu.
@gemechisaregasa6624
@gemechisaregasa6624 2 ай бұрын
Dubbiin Isaanii tajaajiladha. Waan baay'ee nama barsiisa. Maaloo Kitaaba isaanii sana utuu irra deebi'anii maxxansiisanii dhaloota baay'ee bira ga'uu danda'a. Eebbifamaa!!!
@lenssaolana1486
@lenssaolana1486 2 ай бұрын
wow Akas malen Wagel Eebbifama
@user-xr3jp5cw8l
@user-xr3jp5cw8l 2 ай бұрын
ዋቅቃዮኦ ጎፍታ ጉዳን እስን ሃአብስ ትክሰኤጀአቹን ካንና አብፋማ
@user-vc3bt7pu9g
@user-vc3bt7pu9g 2 ай бұрын
Waqayoo goofta macaa bara fi jireenyaa keessaa haa Ebbisu Ebbifamaa umurrii dherraa isinif haa kennun 📚📚📚📚📚📚📚💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞
@WaqooDhugaa-wj8bh
@WaqooDhugaa-wj8bh 2 ай бұрын
Waaqayyoo sin haa ebbisuu
@user-od2vs3of1y
@user-od2vs3of1y 2 ай бұрын
Dubbiin isaani Oguummaadhan guutuudha!!!
@fgy6739
@fgy6739 2 ай бұрын
Eebbiffammaa umurrii dheeraaadha Rajjii koo❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉❤❤❤
@mizanuamenu511
@mizanuamenu511 2 ай бұрын
Eebbifamaa Raajii umrii nuuf dheeradhaa!!!
@tolawaktaye904
@tolawaktaye904 2 ай бұрын
Efireem, Efireem please namoota akka kana jireenyaa wangeela isa dhugaa jiraachaa jiran akkasii nuuf barbaada nuuf dhiyeessa. Kiristaanoota baay'eetu ittiin jajjabataa waan ta'eef
@RrEr-oj3jr
@RrEr-oj3jr Ай бұрын
Ammas nuf haa maxxaanfamuu maloo kitaabichii
@tolerasolomonchewaka-xb9oq
@tolerasolomonchewaka-xb9oq 2 ай бұрын
Waaqayyo ulfinssaa haa fudhattu
@alexokelb2254
@alexokelb2254 2 ай бұрын
Eebbifamaa🎉🎉🎉❤
@bokishumi
@bokishumi 2 ай бұрын
sa'aa 24 osoo dhaggeeffadhe na nuffisiisu
@GemachuHirpesa-ol7jx
@GemachuHirpesa-ol7jx 2 ай бұрын
Wow waan dinqiidha.Ani Amala Koo Wangeela keessatti malee keessatti malee hin beeku
@mergaamanuel9988
@mergaamanuel9988 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤
@SoromeolanaSoreee
@SoromeolanaSoreee 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@alexokelb2254
@alexokelb2254 2 ай бұрын
Part two❤❤❤
@user-bo2ny4tn7s
@user-bo2ny4tn7s 2 ай бұрын
❤❤❤❤🎉🎉🎉
@GemechuFikadu-zr7ws
@GemechuFikadu-zr7ws 2 ай бұрын
Maloo Efirem kitabaa sani kan bayy'een barbadaa akkamitin argachuu danda'a??
@user-rs5lp6on2m
@user-rs5lp6on2m 2 ай бұрын
Ammen
@takeleamanuoficial8911
@takeleamanuoficial8911 2 ай бұрын
Baayyee Nama Gaddisiistu Warri Mo'aa! amma dhugaamasaa Yoo dubbanne enterview kanarraa maaltuu baratamaa?
@ConfusedCrocodile-yh9xh
@ConfusedCrocodile-yh9xh Ай бұрын
Gooftaa oduudhaan utuu hin tane jireenyaan mul'isutu irraa barama. Yaadakee gooftaan haa qajeelchuu araara isaatin
@user-ie4tm1mm9e
@user-ie4tm1mm9e 11 күн бұрын
Dhiraa oromiya keessatii dhalate dhaggafadhu boru gochii isaa irraatti rawwaachuu isa hin olu mali kan kan jedhuf Yeroo baay'ee isiin ittii hima jira kan males Telegram, Facebook messenger,imo Extender hin deebbiitani yaada Garaa keessani hin geddaratani x1000
Жайдарман | Туған күн 2024 | Алматы
2:22:55
Jaidarman OFFICIAL / JCI
Рет қаралды 1,7 МЛН
Can You Draw A PERFECTLY Dotted Line?
00:55
Stokes Twins
Рет қаралды 101 МЛН
Yeroo Jaalalaa fi muxannoo jiruu
37:36
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 83 М.
ዘመንና የእግዚአብሔር ፈቃድ
44:20
Bole Kale Hiwot church Official
Рет қаралды 6 М.
Keessummaa Mo'aa - Kadhimama Phd Guutuu Indalkachaw
47:59
Ijoolleema koo adaraa/Faar.Yohaannis Lammii - Iyyaafannoo
1:03:00