OROMIA11: ARTISTII HALOO DAAWWEE

  Рет қаралды 105,023

Oromia 11

Oromia 11

11 ай бұрын

OROMIA11: ARTISTII HALOO DAAWWEE

Пікірлер: 239
@dabalebonsa1138
@dabalebonsa1138 10 ай бұрын
Meseret Dhaba, thank you so much for your jobs! May God pay back for your blessed deeds! Oromo need more extraordinary ladies like you. You are the unit of measurement for humanity.
@user-ml4zg5sm9o
@user-ml4zg5sm9o 11 ай бұрын
Rabinii sii haa fayisuu insha'Allah hadhoo koo masiyee qalii ufii rabinii umrii tee nufii haa dheresuu insha'Allah 🤲🤲🤲☝️ heduu sii jaladhaa heduu sii diqisifaadhaa mataa dubartii oromoo itii atii diqaa fi gudaa biraa dhabadhuu kee calaa wontii namaa gamachisuu hin jiruu ❤❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 10 ай бұрын
Gzx Masarat Daguun qabeenya deemsis yaada mo'ataan DrAbiyyii Ahmed Dubbisi argitee deemteeree yaadi argii beekuu Eegumsaa pro Sammuunitins baga Rabbiin si Baayisee hawaasni qooda bahikaa jechama Ustaz Ahmeddin jabaal aswrwb laftis
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 11 ай бұрын
Galatoomii Abbootiin Qabeenyaa fi hawaasni arjaa jechii Acaaluu kan mootummaa qubee afaan Oromoo Dr MuhamadRashaad Abdullee Afraasee congratulation ijjis
@riyadhbest8056
@riyadhbest8056 11 ай бұрын
Rabbii isii haa fayyisuu inshallaah harmee teenyaa halloo dawwee 🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌 Yaa rabbii nuuf afiyii mama teenyaa
@bullovision
@bullovision 10 ай бұрын
Keep it up our sister meseret d hbbti
@AhmedAman-ir6ir
@AhmedAman-ir6ir 11 ай бұрын
Masarati irraa kasee waroonii artists halloo dawwee degartanii hundii galatmaa rabbiin jazaa isiin haa deebi,uu hojii akkanaa Akka jabatuu jedhaa hundaa namaa biratii
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 10 ай бұрын
Eegumsa beekaan yaada arginee Sinodosii Oromia congratulation afaan dhibee=ija wal'ansaa gurriis Eegumsaa
@RomanRoman-vj5xz
@RomanRoman-vj5xz 7 ай бұрын
She truly have an angel voice.❤
@OroCover
@OroCover 8 ай бұрын
Rabbiin rahmata haa godhuuf miidhamtee dubbachuulle dadhabaa dubbacha jirti arra fuula rabbii deemte RIP😢
@Mirqansashow
@Mirqansashow 10 ай бұрын
Masha'allah ❤❤❤❤❤❤aahlaan qaali baga nagaayan dhufte asuman gara mana kiyya koottu
@ketemaanbessa4436
@ketemaanbessa4436 8 ай бұрын
Mesi Ati Dubartii Cimtuudha.Aaddee Makkoon kana dura sirritti si ibsiteetti.Rabbii sihaa jiraachisu.Amma haloo Daawwee dabartus Seenaan waan gaariidhan si yaadata.
@yasmeena5067
@yasmeena5067 11 ай бұрын
Haloo koo waqqayyon sii haa qusatuu yoo duutii kee geessee illeen baraa sif haa dabaluu waggaa 1000 siif haa dabaluu haloo koo
@mza2884
@mza2884 11 ай бұрын
Messert D....thank you are doing great job.
@adamushagermosusha2910
@adamushagermosusha2910 11 ай бұрын
Thank you so much Meserat for doing a great job tirelessly and effectively for our people for years now
@ShamshudinAliyyi
@ShamshudinAliyyi 11 ай бұрын
kzfaq.info/get/bejne/orSJhNF51Zi6eps.html
@user-ub8gw6pr1k
@user-ub8gw6pr1k 11 ай бұрын
🙏🙏🙏🌷🌹🌹🌹🥰🥰
@user-ub8gw6pr1k
@user-ub8gw6pr1k 11 ай бұрын
Rabin sihafayisu ❤❤❤❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 10 ай бұрын
❤Humni yaadaa ni boochisee Adan Haruun wal barnoonnii aadaa harkiis haqa mootummaan garaanis gufuudha jechama mallaszenawii eegumsa arginee uffatee hinarginee waraanaa Amarrii
@bonsaahmed2699
@bonsaahmed2699 11 ай бұрын
Masiyyee Rabbiin sirraa haa jaalatu, galatoomi waan ofii.
@danbaliiqeerrootube3540
@danbaliiqeerrootube3540 10 ай бұрын
Dhugumat gocha isin gootaniif gammachuu irraa kan ka,e nabooyye.hedduu galatoom masarat jabdu teenna
@eshetuadugna8539
@eshetuadugna8539 11 ай бұрын
masii jechan ittiin si galateffadhun dhabee haloo Dawwii umrii dheeraa siif haa kennu goota keenya
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 10 ай бұрын
Uffataafi yaada Eegumsaa aswrwb Ustaz Kamaal Hibboo aswrwb mirgaan galii AddeeCaaltuu of Caqasii zinnaash Tayyachow dugdaa deettuutti gorsaan DaqonDanielkibrat&ArtTamagn Bayyanaa diinaa
@aadaakoo
@aadaakoo 10 ай бұрын
Jabduu Intala Oromoo aadde Masarat haadha keenya haadha Oromoo hundaa ogeettii sagalee kiilolee dubbiin ishee akka dammaa fi aannanii sirbitu Haloo Daawwee iyyaafatte yeroo isheen dhibeen rakkachaa jirtu kanatti bira dhaabbachuu keetiif hedduu galatooomi !!!. Haloo Dawwee goota gaafa sirni cunqursaan afaan Oromoo cabsuuf hojjechaa ture atimmoo aartii oromoo guddisaa turte oromoo hunda biraa galata guddaa qabda . Onnee Oromoo hunda keessa jirta. Dhukkuba kee irraa Uumaan si haa fayyisu siin jenna.
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 10 ай бұрын
❤❤Rabbiin isin haatiksuu sawsawsaw guyyaannis Gaaddisaa ummataaf haadhagayuu gurriis UstazRaayyaa Abbaa Maccaa aswrwb Dhalootaaf Onneen teettuus Eegumsaa GzxFa'izaa Iliyaas internationalism aswrwb johar Muhammad
@mohammedabdi4391
@mohammedabdi4391 10 ай бұрын
RABBI'n sihaa fayyisu Jaalatamtuu namaa
@nadhigemeda
@nadhigemeda 11 ай бұрын
Jabduu teenna! Hojii namummaa qofaa miti, ati hojii Rabbi jaalatu hojjachaa jirta. Jabaadhu!
@AbdullahiYusuf-jv1ov
@AbdullahiYusuf-jv1ov 28 күн бұрын
Silaa jaarsa qabaachuu baattee ani Masarat Dhaabaa tana malee dhalaa biroo takkallee hin fuudhuu
@oromiaoromo-uo3rl
@oromiaoromo-uo3rl 10 ай бұрын
OBBOLEETTII KEENYA MASII GUDDAA GALATOOM. ARTISTII KEENYA IMMOO WAAQAYYO FAYYAA ISHEE GUUTUTTI ISHEE HAA DEBISU.
@yusufhussen700
@yusufhussen700 10 ай бұрын
Oolmaa oolteef Rabbi sirraa haa jaalatu.
@adanechmeskela759
@adanechmeskela759 11 ай бұрын
When I Die I don’t want flowers. I don’t want tears. I certainly don’t want people flying to come and say goodbye. If you love me that much What are you waiting for? Send me flowers now. Come see me now. Please don’t wait till I’m gone. Love Me Today! “Some people in your family will come miles to bury you, but won’t even cross a street to come support you when you are alive” “You have to promise you won't fall in love with me.”― Nicholas Spark “I hope that someday when I am gone, someone, somewhere, picks my soul up off of these pages and thinks, "I would have loved her.”― Nicole Lyons
@HikaYadata-xu7we
@HikaYadata-xu7we 11 ай бұрын
🙏🙏🙏🙏🙏
@ShamshudinAliyyi
@ShamshudinAliyyi 11 ай бұрын
kzfaq.info/get/bejne/orSJhNF51Zi6eps.html
@majitube6682
@majitube6682 10 ай бұрын
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@emebetafeta6774
@emebetafeta6774 8 ай бұрын
I am agree with you
@hawimoha1080
@hawimoha1080 8 ай бұрын
After the bad news of her demise 😢
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 10 ай бұрын
❤gzx Mas'uud Nuuraa waan arginurraa hawaasni beekan Gurriis Eegumsaa mana caqasii gzx Masarat Faana jirraa HarkiisTokkummaa&Qal Eegumsaa yaada Caqasii gzx Asiyaamu
@remedanabdela7646
@remedanabdela7646 11 ай бұрын
Maserat Dhugaa Jabduu Oromoonqabdukeessa isiin Namatokko
@ethiopianforlife9773
@ethiopianforlife9773 11 ай бұрын
Mashallah thank you ❤
@Nesru-Entertainment
@Nesru-Entertainment 10 ай бұрын
Very, thank you so much meseret.❤❤
@seniyanezif4315
@seniyanezif4315 11 ай бұрын
Rabbin umuri sihi ha dhersu
@belayche4050
@belayche4050 11 ай бұрын
Thank you so much Oromo koo ❤
@ShamshudinAliyyi
@ShamshudinAliyyi 11 ай бұрын
kzfaq.info/get/bejne/orSJhNF51Zi6eps.html
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 10 ай бұрын
Xiiqii Eegumsaa gaaf Feeneet Alamayyoo odo beeknee Waraannii badii hojjatee
@badriyahganna6346
@badriyahganna6346 11 ай бұрын
Rabbii Si Haa Faayisuu Aayyoo Koo
@remedanabdela7646
@remedanabdela7646 11 ай бұрын
Thank you so much 💓 💗 💛 💖 ☺️ ♥️ ❤❤❤❤
@abdulliitube8887
@abdulliitube8887 11 ай бұрын
Yaa masarat Ati Eebbifamtu duraanuu baayyee siin boone imimmaaniin qabachuu dadhabe yeroo siree aftuu hangaftittii teenyaaf ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤masii jabduu koo ati onnee oromoo keessatti siidaa hin jiiiyne jaarratte
@dawitekee8479
@dawitekee8479 11 ай бұрын
Masi koo jabduu keenyaa waqayoo si fana haa ta u hamtun si hin argin🙏🙏💪💪💪💪💪💪💪
@temesgentasgara3632
@temesgentasgara3632 10 ай бұрын
isheen nama tokkoo miti dhugaaf qabsooftii osoo guyyaa tokkoo garaasheef waan hin tane hin dubbaatin as geese ,uumurishee haa dheeresu.
@AbdullahiYusuf-jv1ov
@AbdullahiYusuf-jv1ov 28 күн бұрын
Masarat teebya hedduu galatoomi
@temesgendegefa2534
@temesgendegefa2534 11 ай бұрын
Ulfaadhaa warreen fakkeenya gaarii ijaarsa dhalootaa irratti hirmaachaa jirtan hundi keessanuu sababni danqama keenyaa wal dhaba keenya akkuma artistiin keenya jedhe san hanguma humna keenyaatti bakka jirrutti waliif abdii akka taanuuf kun dhaamsaaf fakkeenya guddaadha horaa buluu umurii dheeradhaa!
@melkamuetafa5621
@melkamuetafa5621 11 ай бұрын
Galatoomi Atillee Sabboontuu keenya. !
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 11 ай бұрын
❤❤ashamaa hawaasaa gurriis Eegumsaa gzx Harka fuunee Dinqisiifataa gzx Masarat gurriis Eegumsaa Eegumsaa gaafa yaadanii gaafadhu fayyan qabeenyaa Maatii Oromia of Caqasii Seequun Waaqoo Guutoo ilmaaniin nyaataanis nafaa dubbii Eegumsaa
@budhaedao5117
@budhaedao5117 11 ай бұрын
Masii dhiriitii Oromoo qabuu jabaduu tenaa ijaa hamatuu rabbiin siraa haa haa haa qabuu inshallah Allah
@mayyutube6906
@mayyutube6906 10 ай бұрын
We love our mom 🎉🎉🎉❤❤❤
@olingahsule1040
@olingahsule1040 10 ай бұрын
Rabbii nuu haaffayyisu. We love you Our mom ,Long life to her
@olingahsule1040
@olingahsule1040 10 ай бұрын
Nice job
@rusiyatube2459
@rusiyatube2459 10 ай бұрын
mama too gotiti rabbin umri sihaa dheresu
@koomartube6711
@koomartube6711 11 ай бұрын
Ah way jiruu adunyaa tana atii wan guddaa hojaate masarat galaanni ke guuddadha
@rusiyatube2459
@rusiyatube2459 10 ай бұрын
wlh rabbin sirra haa kessu gotitti tenya inshaallah
@yasmeena5067
@yasmeena5067 11 ай бұрын
Halloo koo amilee dubartii nuf egdee bareeduu koo rabbiin sihaa fayyisuu baheetii koo
@foziyashirik7068
@foziyashirik7068 11 ай бұрын
Misikoo jiradhuu maala sin jedha waan biira oboolleettiikoo
@abdiali6158
@abdiali6158 11 ай бұрын
Tank you oromo
@shelemaendashaw8813
@shelemaendashaw8813 10 ай бұрын
Wow nice 💯
@x61gameslite84
@x61gameslite84 11 ай бұрын
Masi rabbiin ol sii haa fuudhu❤🎉🤲🤲🤲🤲
@ibsaaahamad3624
@ibsaaahamad3624 11 ай бұрын
Mshaaaa Alhaa ❤❤❤❤❤❤❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 10 ай бұрын
❤deemsis Dubarttoonnii garaafi gadaammeessaanis dhorkaadha
@SamiraSamira-qw4cc
@SamiraSamira-qw4cc 11 ай бұрын
Thanks mesarati really god jobs helps she
@BontuuAbdii-df2zb
@BontuuAbdii-df2zb 11 ай бұрын
Mashaa allh oromoto jiraadha ilove you ormoo❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ itii fuufaa oromokoo
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 10 ай бұрын
❤❤UstazRaayyaa is Nageenyaa aswrwb UstAnawar Yuusuuf arrabni dhibee Qaama wal Bashannaanttuu aswrwb Minnesota for the world's largest public health lollis yaada wal dhageeffachuun riqicha barnootaa national security forces
@user-di7yx1lu6y
@user-di7yx1lu6y 11 ай бұрын
Mashaalah rabbii isiin iraa haa jalatuu
@budhaedao5117
@budhaedao5117 11 ай бұрын
Rabbiin sii haa fayyiisuu inshallah Allah
@abdiali6158
@abdiali6158 11 ай бұрын
I ame proud of you
@SamiraSamira-qw4cc
@SamiraSamira-qw4cc 11 ай бұрын
Rabbi si haa faayisuu
@mohamedmume5938
@mohamedmume5938 11 ай бұрын
Haloo miti Halloo dha.
@yasmeena5067
@yasmeena5067 11 ай бұрын
Masii oromoon haa bituufii ba,ii dubadhuu
@user-po4fq3sd6z
@user-po4fq3sd6z 11 ай бұрын
Rabbiin ishii haa hayyisu
@BasxaMahmud
@BasxaMahmud 10 ай бұрын
fayyaa tahaa
@waltejitola3337
@waltejitola3337 11 ай бұрын
Galatoomi masiikoo jabduu waan gotitti keenyaa nuf iyyafattee nu dhiyeessiteef ❤💚❤
@aliyhassen
@aliyhassen 10 ай бұрын
mashallah hojii akkam bereedu❤
@rusiyatube2459
@rusiyatube2459 10 ай бұрын
masha allah baguma oromo nuftate sifi goyyo wariyo
@yoomiifanbirhaanuu8587
@yoomiifanbirhaanuu8587 10 ай бұрын
Rabbiin lubbuu kankee hareresuu!
@sirajaliyi495
@sirajaliyi495 11 ай бұрын
Masii hedduu galatoomi hedduu si jaalanna
@user-nn4sv6xw5n
@user-nn4sv6xw5n 11 ай бұрын
Galatomaa hundi keysanuu baga saba koo Tatan hundii keysanu😂😂😂😂😂 Rabbiin nuuf haa Afiyuu ishees hadha tenyaa obboleytii tenya, Qabsoytuu saba sheef umrii ishee guutu fixe dabarsite
@user-tm6iz4cy6p
@user-tm6iz4cy6p 11 ай бұрын
Inshaa allha rabbii si ha fayisuu hadhaa ko
@maftuhaditta3325
@maftuhaditta3325 11 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@kaalidmuhammadkaalidmuhamm
@kaalidmuhammadkaalidmuhamm 11 ай бұрын
Mashaalla mashAllah tabarakal galatoomi sanyii nama baga
@ShamshudinAliyyi
@ShamshudinAliyyi 11 ай бұрын
kzfaq.info/get/bejne/orSJhNF51Zi6eps.html
@riyadhbest8056
@riyadhbest8056 11 ай бұрын
Abshiir hayaat tiyyaa siifis rabbii qabeenyaa kenne akka ummataa kee ittiin gargaartuu abdii qaba inshallaah masiyee ❤❤❤💓💓💖💖💔💔💔💗💗💗💕💕💕💕💕💕
@ShamshudinAliyyi
@ShamshudinAliyyi 11 ай бұрын
kzfaq.info/get/bejne/orSJhNF51Zi6eps.html
@temesgentasgara3632
@temesgentasgara3632 10 ай бұрын
eebbiifamii masii
@samirajamal3285
@samirajamal3285 11 ай бұрын
Yarabbii kiyyaa ati fayyisiin😊
@ShitoAlemayo-fz4do
@ShitoAlemayo-fz4do 11 ай бұрын
Halo tenyaa rabbi sihafayisuu
@mza2884
@mza2884 11 ай бұрын
Thanks
@sumearsi8095
@sumearsi8095 11 ай бұрын
Jabaduuu teena❤❤❤ Rabbiin nama akka keeti kanaa nu haa dabaalu
@quluceiluu5780
@quluceiluu5780 11 ай бұрын
Wowwww
@ShitoAlemayo-fz4do
@ShitoAlemayo-fz4do 11 ай бұрын
Jabadhuu masi jabduu koo
@tizazukelbesa4269
@tizazukelbesa4269 11 ай бұрын
Mess great women
@sabboontuuwallaggaalixaa
@sabboontuuwallaggaalixaa 11 ай бұрын
Maasha allaa Maasha allaa rabbin siraa haa jalatu❤❤❤
@ShamshudinAliyyi
@ShamshudinAliyyi 11 ай бұрын
kzfaq.info/get/bejne/orSJhNF51Zi6eps.html
@samiramuleta3519
@samiramuleta3519 11 ай бұрын
Masii koo Galatoomii
@orostar7396
@orostar7396 10 ай бұрын
Masii qaalii namaa Rabbiin jazaa kee waan ofii jaalatuun siif yaa deebisu 🤲
@saliharayya2409
@saliharayya2409 11 ай бұрын
Rabbi siha fayisu
@foziyaamuktaar7434
@foziyaamuktaar7434 11 ай бұрын
❤❤❤❤mashaAllaa❤❤
@madinatarboosh3874
@madinatarboosh3874 11 ай бұрын
Rabbii isiin haa fayisuu harmee too
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 11 ай бұрын
❤Eegumsaa malee Beekumsii dhorkee gurriis rasasa
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 11 ай бұрын
❤❤koreen Majilisaa UstazIbram Haajii aswrwb laftis haqa mootummaan garaanis Mariin ifaa gurruma Abbaa/haadhatii wrwrwb Haqa mootii lubbuu Eegumsaa Eegumsaa harkiis aswrwb
@riyadhbest8056
@riyadhbest8056 11 ай бұрын
Masiyee 💓💓💓❤❤❤💔💔💔💗💗💗👍👍👍👍👍👍👍👍👍
@user-cw4je8yp2w
@user-cw4je8yp2w 11 ай бұрын
Hadhoo too nuf jiraadhu Rabbii afiyya kee siif haakenu abshirr ni fayyita❤❤❤🌹🌹
@ShamshudinAliyyi
@ShamshudinAliyyi 11 ай бұрын
kzfaq.info/get/bejne/orSJhNF51Zi6eps.html
@MahdiAbudalla-le3zp
@MahdiAbudalla-le3zp 10 ай бұрын
Mesi tenyaa ❤❤❤❤
@bonigudeta
@bonigudeta 10 ай бұрын
Halloo Daawwee!! Guddoo si jaallanna! akka sabaatti
@RebiraRoba-wr6rx
@RebiraRoba-wr6rx 10 ай бұрын
❤❤❤❤
Hallo Dawe Interview **NEW** 2017
1:00:31
Oromp3
Рет қаралды 73 М.
NERF WAR HEAVY: Drone Battle!
00:30
MacDannyGun
Рет қаралды 51 МЛН
Vivaan  Tanya once again pranked Papa 🤣😇🤣
00:10
seema lamba
Рет қаралды 33 МЛН
아이스크림으로 체감되는 요즘 물가
00:16
진영민yeongmin
Рет қаралды 32 МЛН
Artisti Halloo Daawwee
42:27
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 53 М.
OROMIA11: Walhaabarruu, Weellisaa Mogoroo Jifaar
51:24
Oromia 11
Рет қаралды 13 М.
Yoon du ena awwaalaa Artist haloo daawwee
30:20
Koket Show
Рет қаралды 13 М.
YAADANII FI HIRPHAAN DHUGUMAMOO...? ISAANOO MAAL JEDHU!
30:12
JCP CHURCH
Рет қаралды 102 М.
How to win a argument
9:28
ajaxkmr
Рет қаралды 325 М.
OROMIA11: Paster Gabii Guutama
47:10
Oromia 11
Рет қаралды 23 М.
Halloo Daawwee   Obboleeysi (Oromo Music)
2:42
Oromp3
Рет қаралды 291 М.
FiB: Sirna gaggeessaa Dr.Kabajaa Artist Alii Birraa (Nov.08,2022) Finfinnee
2:33:54
NERF WAR HEAVY: Drone Battle!
00:30
MacDannyGun
Рет қаралды 51 МЛН