GORSA JABAATU FAARFATTOOTAAF KENNAME

  Рет қаралды 121,672

WAKJIRA TUBE

WAKJIRA TUBE

2 жыл бұрын

Guyyaa galataa #WAKJIRATUBE irratti lubi Qannoo Galaan #Faarfattoota keenyaaf gorsa jajjabaa kennaniiru.
Facebook: / asafamalkawakjira
Telegram: t.me/asefawakjira
Instagram: / asefawakjira
#WAKJIRATUBE brings you #Oromo #Gospel songs and educational videos. Thank you for watching and subscribing.

Пікірлер: 263
@waldaahumnahafuuraaqulqull577
@waldaahumnahafuuraaqulqull577 11 күн бұрын
Ebifamaa Dachaa Goftanii Sin haa EBISUU nama waqayyoo 🎉❤dhumuri eraa waqayyoo sinif haa latuu❤❤❤❤ Gorsaa waraa dhulfinaa waqayyoo fi hin tanee dhufatanii farfatanii nuuf gorsaa hadaraaaa😢😢😢😢😢😢
@cphonetastic3994
@cphonetastic3994 22 күн бұрын
❤❤❤❤❤Ameeen Ameeeen Ameeeen ebiifama ayyani waaqayyo dachaan isiinif haa bayyatuu goorsa baredda nama barsisudha ebiifama luba keenyaa❤❤❤❤❤❤
@user-bz8ph5co6p
@user-bz8ph5co6p Ай бұрын
Wowo bayyeen irraa baradhee goftaan barafi jireenyaa keessaan yaebisuu ebifamaa ogummaan ubananii kanaa calaa sinfii yabayatuu lubbaa kenyaa bayyeen sikabajaa bayyeen sinjaladhaa 🙏🥰🥰🥰🥰
@beteleshifarra5378
@beteleshifarra5378 2 жыл бұрын
🤍🤍❤❤❤❤❣❣❣❣💓💓💕💕❤❤🤍🤍dhugaa waaqayyo akkatti isiin jaalladhu yaa hojetotaa gooftaa hundumaa keessanf haa ta'uu ebbii addaa ebbifamaa dachaan
@hailunegasa430
@hailunegasa430 2 жыл бұрын
Lubaa Qannoo namaa waaqayyoo baay’een isiin jaalladha, gooftaan guddaa isiin haa eebbisu
@urgesafufa1717
@urgesafufa1717 2 жыл бұрын
waaqayyo bara keessan haa Eebbissu luba koo.
@tamiratoljira5049
@tamiratoljira5049 2 жыл бұрын
akkam namatti toluu dhugaa. eebbifamaa luba keenyaa
@hirkoonkoogimbiijabaadhaai4176
@hirkoonkoogimbiijabaadhaai4176 2 жыл бұрын
Wowww ebbiifamaa ebbiifamaa ebbiifamaa ebbiifamaa ebbiifamaa ebbiifamaa dachaa
@pamelanehme4410
@pamelanehme4410 2 жыл бұрын
Wawa uuuuuufffeeee wqy koo bara keessaan haa eebbisuu,eebbaaf sagantaa addadha hedduu irraa baradhee ergaa guddaadha luba keennaa,farfattootaa keenya,Asee atiis sagantaa kana qopheessuuf keef wqy isiin haa eebbisuu,hafaan bara keessanii,tajajilaa haa eebbifamuu,osoo sagantaa irraa deddebiin jiraatee hedduu namatti toola dhaloota ka'anii jiraaniif akkasitti barumsii murteessaadha eebbifamaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏😍
@Gosa-oz9re
@Gosa-oz9re 22 күн бұрын
Ammen ammmee waqayyoo si naa ebbisuu
@yesuusgooftaa266
@yesuusgooftaa266 2 жыл бұрын
Wowowow wowowow waaqayyoof haa galatu!!!🙏🙏🙏💒💒📖📖📖 Farfatoota keenyaaf muuziqesitoota keenyaa iddoo tokkotti arguu koof baay'ee gammadeera!!!!
@bilisumakebena2461
@bilisumakebena2461 2 жыл бұрын
umurii dheera jiraadha luba Qannoo
@ebatesfaye2272
@ebatesfaye2272 2 жыл бұрын
Luba Qannoo Waaqayyoo bara isanii nuuf haa eebbisu barsiisa addaati
@Light_voice1805
@Light_voice1805 2 жыл бұрын
Wow Bara kana abbaa akkasii argachuun dhuguma namni dhugaaf jiraatu jiraachuu argisiisu. Waaqayyo nama qaba!
@monaoromiyaacom
@monaoromiyaacom 2 жыл бұрын
Waqayoo abbaan issiin haa eebisuuu lubbaa akkasi qabachuun akkamii namati tolu dhuga jecha cicimaa dubbatu nama hubatoodha!!
@user-gf2uu1bm1u
@user-gf2uu1bm1u Ай бұрын
Bayye namati toltu luba kenyaa❤❤❤❤❤
@ifabalay
@ifabalay 2 жыл бұрын
Uffeekaa gafaan akkasitti farfatotaa keenyaa arguu gamachuu dangaa hin qabneetuu natti dhaga'amee dhugaa maloo akumaa kanatti yeroo yerootti yeroo marii walin qabadhaa amayuu itti fuufatti wal biras dhabadhattii wal tuumsaa wal jaajabesaa galmii keessaan tokoo waan ta'eefi kaan hoojetanis abban keesaani tokkodhaa waan ta'efi jabadhaa
@waktolaabera
@waktolaabera 2 жыл бұрын
Ameen. Waaqayyoo Luba keenya haa eebbisu, nama akkasii daddabalee nuuf haa kennu, umrii dheeraa nuuf haa jiraatan
@user-fc5rb6qp7h
@user-fc5rb6qp7h 4 ай бұрын
Ebbiffami baayee irraa baraanaa luubbaa keenyaa itti fufaa ❤❤❤❤
@mergabekeleofficial
@mergabekeleofficial 2 жыл бұрын
Sagantaa kana keessaa qooda qabaachuu kootti baayyeen gammada Lubi keenya waan baayyee nu barsiisanii jiru waaqayyo baroota isaanii haa eebbisu!
@fedhasanf
@fedhasanf Ай бұрын
4:24 4:24
@obseemucaayesuskaarahadhaa4629
@obseemucaayesuskaarahadhaa4629 Жыл бұрын
Uuuuuuuuffffeeee. Angaafotakenyaa. Nuuuuffff. Jiiradhaa❤️❤️❤️❤️
@kadejamohammedms5404
@kadejamohammedms5404 2 жыл бұрын
Amee ebifaama erga obbolotakoo farfatotaa dubaara ykn samara hundaaf hadaara hadaara malo malo jalaala gofta mekaphi kan akka kuuli chapistik chadoo ottoo fayyaadama dhistan baayee gari inni kiristoosi nu dibee ganadha wanta waaqayyo hin barbaana gochuu haa dhisuu yaa shaamarin
@hawidhugasa7071
@hawidhugasa7071 Жыл бұрын
Ebbifamaa Namotaa waaqayo ❤❤❤❤❤❤❤❤ Barii keessaa haa Ebbifamuu nuf jiiraadhaa haafa nu jiiradhaa😍😍😍😍😍😍😍😍😍
@user-we7ws9oc7l
@user-we7ws9oc7l 9 ай бұрын
Ebbifama dhalota akkasitti gorsuun Baay'e namati tola umrii nuf dheradha
@chaltud4543
@chaltud4543 2 жыл бұрын
Wowowow waaqayyoo bara keessan haa eebbisuu ameeeeeen ameeeeen ameeeeeen
@damemitiku3439
@damemitiku3439 2 жыл бұрын
Waaqayyoonko isin ha eebbisu gorsa jajjabeessaadha.
@BizuuMasqalaa
@BizuuMasqalaa 4 ай бұрын
Waaqayyoo sinnii yaa Ebbisuu bayyeen gammadde ❤❤❤
@Firiiyesuus
@Firiiyesuus 7 күн бұрын
Eebbifamaa baay,ee namatti tolaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@chaltud4543
@chaltud4543 2 жыл бұрын
Eebbifama dachaa waaqayyoo bara keessan haa eebbisuu
@hordofadufera5768
@hordofadufera5768 2 жыл бұрын
Ameen!Kun mullata Cimaadha Waaqayyo isin haa EEBBISU!
@sabboontuwallagaa1567
@sabboontuwallagaa1567 2 жыл бұрын
Bayy'ee gammadee farnfaatoota oromoo akkasitu arguu koof ❤❤❤❤❤❤❤💙💙💙
@sifanshawa1826
@sifanshawa1826 2 жыл бұрын
Nagan gooftaa siinif haa bayatu jedhaa
@thelegesse2544
@thelegesse2544 2 жыл бұрын
Waqqayyo isiin haa ebbisu
@Kenna-ul9mr
@Kenna-ul9mr Ай бұрын
Ebifamaa waqayoo isinaa ebisuu
@hanatayee8158
@hanatayee8158 2 жыл бұрын
Nufjiradha waaqayyo isin haa ebbisuu 💯❤️
@beteleshifarra5378
@beteleshifarra5378 2 жыл бұрын
Dhugaa faarfatota oromo koo arguuf baay'ee gammaddee uuuuufffeeen maali bareedu dhugaa❤❤❤❤❤😍🥰🥰🥰🤩💕💞
@xajjoogutu2588
@xajjoogutu2588 2 жыл бұрын
Waqaayoo isina ebbisu Dacha godhee Lubbaa keenyaa ❤❤🙏✍
@dirrootube8443
@dirrootube8443 2 жыл бұрын
Uuuuuffee ebbifama sinboo qaboota keenyaa
@biqiltuutub4762
@biqiltuutub4762 2 жыл бұрын
Wow barumsa baredadha namati tolaa dhugaa ebifamaa 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@biliseedaanii3611
@biliseedaanii3611 2 жыл бұрын
Eyyee ijjolle waaqayyoo jabaadha dhaabadha hanga gooftaan keenya deebi'e dhufutti
@mintasaararso5902
@mintasaararso5902 2 жыл бұрын
waaqayyoo si haa eebbisu lubaa.
@urgehirpha9141
@urgehirpha9141 2 жыл бұрын
Waqaayyoo siin haa ebisuu
@DebeloTube
@DebeloTube 2 ай бұрын
Uuuuufffffeee ameen sagalee jireenyaa eebbifamaa
@yarsal5508
@yarsal5508 Жыл бұрын
Ameeeeeeeeeen Ameeeeeeeen goorsaa baredaa umurii nuu dheradhaa farfaatootaa kenyaa ebbifamaa kanumaa calaa ayyaanii gooftaa isinii haa bayyaatuu❤❤
@farfatuumasaratbadhadhaa3760
@farfatuumasaratbadhadhaa3760 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebifamaa ebifamaa waqaayo baraa kessan jirenyaa kessan tajajilaa kessan haa ebisuu ebifamaa dangaan kessan yaa balatuu darbaa demaa homtuu qabee sin dhabin eb2
@uaedemoejegayo.fiqiruu.6410
@uaedemoejegayo.fiqiruu.6410 Жыл бұрын
Akamaa namattii tolla uuuuuuuffffff Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ebiiffamaa Ebiiffamaa Ebiiffamaa Ebiiffamaa Ebiiffamaa Ebiiffamaa
@MastuMast
@MastuMast 22 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤ebifmaaa huduu kesanuu
@DawitAjema
@DawitAjema Жыл бұрын
namatti tola waaqayyo sihaa eebbisu
@yesuusgooftaadhaa536
@yesuusgooftaadhaa536 2 жыл бұрын
Gooftaan koo hundaa keessaani haa eebbisuu Goototaa wangeelaa Farfatootaa keenyaa nuuf jiraadhaa❤❤❤❤❤
@lamibekele9082
@lamibekele9082 Жыл бұрын
❤ baay'ee eebbifamaa isinan JAALADHA dhugaa gorsa Barbaachisoo dhaloota qulleessuu fi qajeelchu dubbattan Luba Qannoo
@tigisttamiru2907
@tigisttamiru2907 2 жыл бұрын
Ameeeeeen ebbifamaa namaa waqaayyoo farfaatottaa keenyaa hundii keessaanis ebbifamaa ebbaaf ta'aa isini jalaannaa
@mmmsamer3931
@mmmsamer3931 2 жыл бұрын
Ebbifamaa.ebbifamaa.maatiiwaqaayoo
@hanaahanaa6193
@hanaahanaa6193 3 ай бұрын
Ameeeen Ameeeen Ebbifamaa
@boniitube8775
@boniitube8775 2 жыл бұрын
waaqayoo isin haa ebbisuu lubbaa Bayee isin haa ebbisuu gooftaan gorsaa garidhaa
@hirkodesta3656
@hirkodesta3656 2 жыл бұрын
Waaqayyoo sin yaa eebisuu kun hojii eebifamadha
@BoruuWaqo
@BoruuWaqo 2 жыл бұрын
Ebbiifaamaa Dachani Faarfaatotaa
@BoruuWaqo
@BoruuWaqo 2 жыл бұрын
Waaqayyoo 👏 👏
@fatihfatiha3740
@fatihfatiha3740 2 жыл бұрын
Ameen ameen ameen eebbifamaa waqayyoo dacha isini haa ebbisuu
@wubalembeyene9851
@wubalembeyene9851 2 жыл бұрын
Amen Amen egzbhr yibark yelewetegn sibket nw
@bekelebusawa868
@bekelebusawa868 2 жыл бұрын
Waaqi isiin eebbisu
@zeritu8501
@zeritu8501 2 жыл бұрын
Wow waaqayyo sin haa eebbisuu eebbifama farfattota keenya sin jallanna nuf jiraadha 🥰🥰❤️❤️
@user-om5zm3cn3m
@user-om5zm3cn3m 27 күн бұрын
ISIN haa eebbisuu.
@mamitugeleta1231
@mamitugeleta1231 2 жыл бұрын
Eebbifama waaqayyo gooftaan maccaa bara keessan haa eebbisu ayyaana irraati ayyaana isiinif haa dabalu!
@gallanigallani5716
@gallanigallani5716 2 жыл бұрын
Wawawawawawa bayee namatii toltuu waqqayo siin haa ebiisuu innii yada kan siin kesa bulchee goftaa haa ulfatuu Ameeeen Ameeeeen Ameeeen 📚📚🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏
@AAbus-vu9ex
@AAbus-vu9ex 2 жыл бұрын
Amen Amen Amen Goftani Barafi Jirenya Keessani Guutu haa Eebbisu Eebbifama Dhugadha Goftani Yesus Kirsto Nu Haa Gargaru 👏🙏💯🥰🥰🥰
@tigisttamiru2907
@tigisttamiru2907 2 жыл бұрын
Ameeeeeen ebbifamaa namaa waqaayyoo farfaatottaa keenyaa hundii keessaanis ebbifamaa ebbaaf ta'aa isini jalaannaa isini kabaajnaa
@biqomilki2920
@biqomilki2920 2 жыл бұрын
Yaadan qaba Ase Akka yaada dhuunfaa kotti tookkuumaan farfaattoota walii galaa otto dhabbatee gaariidha. Sabaabiin isa.. 1,Ayyaanattii walgudiisuuf 2,Gorsanii waldeebisuuf 3,jireenya hawaasummaaf ......etc
@yerosaanjf9922
@yerosaanjf9922 2 жыл бұрын
Ameen Ameen wawoo bayee bareduu goftaan isin yaa Ebisuu Ebbifamaa 🙏🙏🙏💗💗💗💗💗💚💚💚💚💚💚
@geremaketema2686
@geremaketema2686 8 ай бұрын
Luba keenya eebbifamaa!
@abdinkoojiratadhaa1442
@abdinkoojiratadhaa1442 2 жыл бұрын
Wowww waqayyoo sin haa ebisu ebifamaa
@elisajesuslord9298
@elisajesuslord9298 2 жыл бұрын
Amen amen hale haleluyya goftani koo barafi jirenya keessani yaa Hebisuu hebifmaa Sagaleeni waaqayyo ginbi jabdhaa
@sifanjesus6031
@sifanjesus6031 2 жыл бұрын
Ameen ameen ameen ebbifama Uuuffeee akam namattii tolu farfatoottaa iddoo tokkottii arguun😘
@alexgirmaa4106
@alexgirmaa4106 2 жыл бұрын
Ameen waaqayyyo guddaa sin haa eebbisuu
@FayeFaresa
@FayeFaresa 4 күн бұрын
Ebbiiffama ebbiiffama❤❤❤❤
@badhaasagoftaa2182
@badhaasagoftaa2182 2 жыл бұрын
Waaqayyoo isaan haa eebbisu lubaa qannoo👐
@AleksCim
@AleksCim Ай бұрын
Gorsii keessan siirridha.
@biftuubiftuuiluuiluueee3021
@biftuubiftuuiluuiluueee3021 2 жыл бұрын
Wwwwwww ooooooo ebbifama waaqayyo barafi jireenya keessan haa ebbisuu ebbifama ❤❤❤❤❤❤❤
@balayetashome6374
@balayetashome6374 2 жыл бұрын
Waqayyoo isiin haa ebbissu ebbifamaa dacha dachaan gorsa gariidha
@mtssitayomucaakakuumobile9289
@mtssitayomucaakakuumobile9289 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Eebbifamaa Eebbifamaa dachaa maqaa yasusiin darbaa deemaa hundumti keessan maatii waaqayyoo 🙏🙏🙏✅✅
@yesuusgooftaa266
@yesuusgooftaa266 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen ebbifama maqaa yesuusitin 🙏🙏🙏📖📖📖❤❤❤😍😍😍💒💒💒📚📚📚
@atmphone6460
@atmphone6460 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen ebbifama waaqayyo dachaan sin ebbisu
@astermakkonin5331
@astermakkonin5331 2 жыл бұрын
Waqayyoo saba koo nagafi jalala tokkumma kennefi akka gara seexxana gubu abdiin qaba ebbifaama jabadhaa
@Ester-no9yx
@Ester-no9yx 2 жыл бұрын
Eebifama
@meseretendale5292
@meseretendale5292 2 жыл бұрын
Baga Milkoofte! 1M kabajuunis si haa gahuu
@sisaayiiabdisa
@sisaayiiabdisa 2 жыл бұрын
Uuuufffeee maaloo akkam namati toltuu dhugaa dha ebifaamaa dacha ebifamaa ebifamaa ijoolee dibataa
@almasgutama5535
@almasgutama5535 2 жыл бұрын
Amen waqyoo isnhaebisuu God jobs God bless you 👍👍👍👍👍👍
@gadisefikadu1098
@gadisefikadu1098 2 жыл бұрын
Ammmmmeeeeeeeeeen Ammmmmeeeeeeeeeen Ebbifamaa Ebbifamaa dachaa dachaa waqayoo gofatan baraf jirenyaa keessaan yaa ebisuu 💓💓💓💓💓🙏🙏🙏
@tigist4711
@tigist4711 2 жыл бұрын
Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeen ebifamaa
@rakcity6216
@rakcity6216 2 жыл бұрын
Eebbifamaa dacha Maatii waaqayyoo Ase Eebbifamii dacha Atilee
@meserettadasa4601
@meserettadasa4601 2 жыл бұрын
Jiraadhaa lub qanoo
@amoonalamre3955
@amoonalamre3955 2 жыл бұрын
Ameeen Ebbifamaa dachadha namaa Waaqayyoo
@leeniitube5078
@leeniitube5078 2 жыл бұрын
Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen ebifama waqaayyoo baraf jireenya keessan hunduma haa ebisu ebifama 🙌🙌🙌🙌
@sarawaqayyoogariidhaa1501
@sarawaqayyoogariidhaa1501 2 жыл бұрын
Uuuuufffffee Ebbifamaa dachaa dachaan hundumiti keessaan ❤❤❤❤❤🥰🥰🥰
@karamcell1146
@karamcell1146 2 жыл бұрын
Ameeeen Ameeeeen Ameeeeen ebbiffamaaa namaa waaqayyoo goftaan baraf jirenyaa kee haa ebbisuu ebbiffaammii maqaa yesusiin
@user-bb9yp2kn5y
@user-bb9yp2kn5y 7 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤Ebbifama hundii keessanu namati toluu ijolee abba koo ❤❤❤❤❤❤❤
@barukmengistu6576
@barukmengistu6576 2 жыл бұрын
Baayeeti kan nama gaammachisuudha lenjichii
@user-hg7it9ct9y
@user-hg7it9ct9y 11 ай бұрын
Ameeeeeéen Améeéeeeen❤❤❤❤❤❤❤
@saraethubia117
@saraethubia117 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ebbifuu Ebbifuu Ebbifuu Dacha Dacha ishii ishii ishii
@burtaatube5440
@burtaatube5440 2 жыл бұрын
Eebbifamaa nama waaqayyoo ❤❤❤❤❤❤🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻
@sofibekele5382
@sofibekele5382 2 жыл бұрын
Ameen ebbifaamaa ayyannii siiniif adabalamuu
@AAbus-vu9ex
@AAbus-vu9ex 2 жыл бұрын
Nufi Jiradha waqayyo Umuri isnif haa dhersu Eebbifama🙏
@asterdabala4407
@asterdabala4407 2 жыл бұрын
Ebiifamaa baara keessan gutuu 🤚🤚👏🙏💔💘💖
Yeroo Waaqeffannaa Solomoon Alamuuu fi Faarfattoota Oromoo
19:54
WAKJIRA TUBE
Рет қаралды 260 М.
Rtd.Gen j.KABAREBE ASOBANUYE UKO BARWANYE URUGAMBA RWO KU MURINDI W'INTWARI
29:24
ОСКАР vs БАДАБУМЧИК БОЙ!  УВЕЗЛИ на СКОРОЙ!
13:45
Бадабумчик
Рет қаралды 3,8 МЛН
THEY made a RAINBOW M&M 🤩😳 LeoNata family #shorts
00:49
LeoNata Family
Рет қаралды 30 МЛН
Khó thế mà cũng làm được || How did the police do that? #shorts
01:00
Can You Draw A PERFECTLY Dotted Line?
00:55
Stokes Twins
Рет қаралды 101 МЛН
Waan Kadhatte Siif Kennama || Raajii Masarat Taayyee | ARARA TV WORLD WIDE
18:20
Far Bulti Dhinsaa Itti Ebbiffama.
16:12
TV DHIIGA HOOLICHAA
Рет қаралды 1,1 М.
Dhugaa Bahumsa Far. Tamaam Faris
14:01
Rebuni Media
Рет қаралды 12 М.
Dhuga-baatii ajaayibaa: Faarfattuu Seenaa Caalaa
17:19
Maannaa tube
Рет қаралды 30 М.
SIRNA GEGGESSAA PASTOR LOLAA MARGOOF ERGAMAA GEETAHUN IMMIRUU  TAASISAN
27:02
Ifa Fayina TV Official
Рет қаралды 15 М.
ISATU BAATA:  TAPHA WAGGAA HAARAA GARTUU KOFIN WALIIN
21:17
WAKJIRA TUBE
Рет қаралды 244 М.
SOLOMON ADUGNA || JCP MUTIMEDIA PRESENTS || 2023
45:21
JCP CHURCH
Рет қаралды 76 М.
V $ X V PRiNCE - Не интересно
2:48
V S X V PRiNCE
Рет қаралды 1,7 МЛН
ИРИНА КАЙРАТОВНА - АЙДАХАР (БЕКА) [MV]
2:51
ГОСТ ENTERTAINMENT
Рет қаралды 14 МЛН
Sardor Tairov - Sen meni yeding (Official Music Video)
5:02
Sardor Tairov Official
Рет қаралды 3,9 МЛН
Say Mo - LIL BIT & 1 shot 2 (Waysberg Music Remix)
2:43
Waysberg Music🇰🇿
Рет қаралды 352 М.
Zattybek & ESKARA ЖАҢА ХИТ 2024
2:03
Ескара Бейбітов
Рет қаралды 200 М.
Erkesh Khasen -  Bir qyz bar M|V
2:43
Еркеш Хасен
Рет қаралды 144 М.