Qophii Addaa Obbo Lammaa fi Dargaggoota Oromoo

  Рет қаралды 28,665

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

7 жыл бұрын

qophii addaa

Пікірлер: 54
@siifanoromoo7035
@siifanoromoo7035 7 жыл бұрын
gabrummaan ni kufti bilisummaan oromoof ni dhufti oromian harmeen keenya ni walaboomti tigireen oromia keesssaa ni galti ❤💚❤👌
@oroomiyaabiyyaakoo9571
@oroomiyaabiyyaakoo9571 7 жыл бұрын
waan gaafii natti ta ee eegaa sabboonumaa qabachuun dirqaama taa ee sobboontootaa ilmaan oromoo maalif saxiiltuuree wayyanneettii sila sobboontootaa dhabaamsiisuuf basaastuu qopheesitanii hidhatti guraa jirtuu akkamitti isin amanee isiin wajjin hojjataaree
@mabratmengistu8518
@mabratmengistu8518 6 жыл бұрын
Uuuuuufuuuuuuf obbo lamma akkam sin jedhu lata ?-👍🌷❤
@mergelejisa5318
@mergelejisa5318 7 жыл бұрын
Naamonihuddu Dubbikeeammanaahinjiruu jabaadhu hojittihikki🌏🌏🌏
@rahmahasanbalee5910
@rahmahasanbalee5910 7 жыл бұрын
dubachuu qofaa osoo hin tanee hojitti jijjiramuu qabdaa jabadhu! 💪
@yeshiyeshi8022
@yeshiyeshi8022 6 жыл бұрын
Obbo laammaa magarasaa gotaa orommo umri kee hadhersu nu jiraadhu kessa ummataa kenyyaa gamaachiste waqayun sif hadabalu
@linaahintalaabaale285
@linaahintalaabaale285 5 жыл бұрын
Qabsoon oromoo hagaa amarrii gondaritti galtuttii itti fufaa
@oroomiyaabiyyaakoo9571
@oroomiyaabiyyaakoo9571 7 жыл бұрын
abjuun keenna waan nilisummaa jechuu hedaa se ee osoo eeguu abjuu birrii jedhaa waanii inni hasaawuu mataa milaa hin qabuu
@masramasra811
@masramasra811 7 жыл бұрын
woooow dhugadha wnin ta 'uu qabuudhaa
@mulumoomo2589
@mulumoomo2589 7 жыл бұрын
wowowow korome wan ilaman oromoo siirrti hudha gaffidhani
@sabontuuwallaggaaoromoonek1102
@sabontuuwallaggaaoromoonek1102 6 жыл бұрын
Nuuf jiraadhaa 💕❤👌
@rashadumer5397
@rashadumer5397 6 жыл бұрын
Sabontuu wallaggaa oromoo Nekemte atii warreedhaa abboo
@hwnnndfjsmg8781
@hwnnndfjsmg8781 4 жыл бұрын
💗💗💗💗👍👍👍
@walataamikaaeel446
@walataamikaaeel446 3 жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Sabboontuu563
@Sabboontuu563 7 жыл бұрын
Dhugaa dubbachuu osoo jettu oromo lafaa irraa dhumtee opdoo yoo dadhabaadaan ummaattaa jalaa goraa jiduu demtaani ummaatta hin ficissisinaa dongongooraa qubee naa hofalchaa galatoomaa wash ds irraa
@oromomuslim9743
@oromomuslim9743 6 жыл бұрын
dubbiin lammaa odoo hujiitti hiikamee baayyee gaarii dha
@sanaytbalaxayit8434
@sanaytbalaxayit8434 6 жыл бұрын
Obbo lammaa magarasa jabsdhuuuu
@futoofatogare1048
@futoofatogare1048 7 жыл бұрын
sakkarama kijibba dhignii ilaman oromao SII hanyatu
@tarekahibri510
@tarekahibri510 6 жыл бұрын
Maaloo irraa bu'aa warri Lammaa irratti kaatan utuu innimtuu hin jiraanee Waaqaa gaditti kana caalmaa dhuma silaa oromoon koo
@zalikaaabduramanioromiyaah8615
@zalikaaabduramanioromiyaah8615 6 жыл бұрын
Nufii.jiradhuu
@Sabboontuu563
@Sabboontuu563 7 жыл бұрын
Uummaataa kiyyaa hin kijjibbaa dhissaa mee abbay Xayee barreessee itti kenne tortotaa namatichaa gadhee kanaa hin dhageettin osoo inni akkanaa jedhaa garuu kaani amma mana nannoo finnffinnee manaa jirtootaa irraa manaa diqaa jiruu dangaa biyyaati ummaani dhibbotaani dhuumaa jiruuu maa kijibdaa obbo lammaa rabbitti hin sobina sobin haraama rabbitti yoo dadhaabadee ummaataa jalaa goraa nuu maal galanaa ummaatatti hin xapattinaa opdo tiger wol maqalee hin galtaani sabumaa kessantuu issinti hin
@sharookelbessa7472
@sharookelbessa7472 6 жыл бұрын
bayyee namatti tolaa
@zaramod1142
@zaramod1142 6 жыл бұрын
RABBIN SI FANA HA TAU
@fatraidiris9918
@fatraidiris9918 7 жыл бұрын
Uuuuuffff yoomuumaa kijiba waayaneen siitti qiicche umaatatii afuufuu irra bilsoomtaa
@maalmalli2026
@maalmalli2026 6 жыл бұрын
👌❤💚❤👌💪👂👂👂👂👂❤❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚💚❤❤❤❤❤❤❤💪💪💪💪💪💪💪Jirradhu👍👍👍👍👍👍👍💖💖💖💖💖💖✌✌✌✌✌💝💝💝💝💝 saba ko tanaanle buluu nugayaa oromoon onne hinqabu jedhaa turan rabbin sihagargaaru
@arsilarsalaarsil4625
@arsilarsalaarsil4625 6 жыл бұрын
nuf jiradhu❤🌷❤
@mame.maddawalabuu2960
@mame.maddawalabuu2960 6 жыл бұрын
anii galee na gahee jiruun biya awropa tuni. lamma lafa naf kena male ok
@kanzitaju8203
@kanzitaju8203 7 жыл бұрын
lamma yaasiyaasakee
@sosowowsanitykoorashid7648
@sosowowsanitykoorashid7648 7 жыл бұрын
dubbii kan yoo hojjitii hikkitee ta'e atii dhugumaa nama oromodhaa quqamuu jechuu dhaa kaa
@mulumoomo2589
@mulumoomo2589 7 жыл бұрын
refe karti debitee motuma naanoono oromiyya dhuga dhabacha jirta refe keessa lammi keessa dubate jabbadhu
@lethu6456
@lethu6456 7 жыл бұрын
wolahii ya nama dayispora jirtani dubii lammaa kana kessatii ufii ilalaa .woni dubatamu qabu dubatamera .gorsaa ilamani oromo gorfamu qabu goreseraa.wani gara fuluduratii godhu qabanu nuti himera .rakkoo kenafii nuti himera .furumataa kenasii nuti himera .furumata qofa mitii dawalee nuti himera .dubii hunda gababesee yokani akkaa nama hundafii galutii bekumusaa qabuti fayadame harka dina kessaa tahe kana dubachunii isaa wolahi ana na bochisee vedio kana bochanii dhagefadhee xumure .bekkaa kena atii nu jiradhu jecha ketiti nama hundu hin gamada jedhe ammana umanii kenya wolaluma qaba ani kara itti hime jete hin tahine asi irraa dhabatani hin hojatani jete yadu dandeta namani hin jiru kani jiru jawarii mohammedi qafa achini gara kani biri rakkata irraa sobanii gurachu qofa .kijibidufi odesitufi sobodu bichadha ati bekkaa oromoti amasii atu jeterata hanga ulenii si harka jirtuti jabadhu wara samuni gaborome kana kara itti akkekii lammaa kenya.garini nama ilalacha dadhaba qaba ati achi tete yo ummata oromotifi hojate tate hin soba umata oromoo soba jechu dandani kun ilalacha dadhaba akkana kana lalate umata oromoti hin jabatini namani oromofii hojatu maratu mootummaa sani jala bahu assabanii namani tokkoo tokkoo kuni wolalumadha bakuma hundatu hojatu dandu qaba...dhuma irrati werera hararge .balee.borana.irratti baname kana dhogu hin dandetaa isaa kana malifi calisite?? akka dafate furtu abdi qabana hiri bulii. ani kani baresee muhammed shubee kuwait irraa /5/2/2017/
@oroomiyaabiyyaakoo9571
@oroomiyaabiyyaakoo9571 7 жыл бұрын
ani maal jedhaa sila namichii jedhee rifaadhee dhugaa rabbii yoo akka hasawuu kanan kutaanoon kaa ee kaan akkana barbaadi oromiyaan gaaruu gafaa fedhee homaa wayyanneen hasooytuu hasayaa waaniin isaa nama galuu
@najmuddinkhanpakistandir839
@najmuddinkhanpakistandir839 7 жыл бұрын
mottumaa lamma magarsaa darigagoo ormoo offitii hawwatuufii fiicilaa qabisoo oromoo laffisufii oromoo yadda ummani oromoo irratii morimii qabuu fakkatee dargagofii fii umataa oromoo ofitii hawwatuu barbadaa
@zenysabala830
@zenysabala830 7 жыл бұрын
Lammaan oromoo wallaga oro guduuruudhaa
@sabontuuwallaggaaoromoonek1102
@sabontuuwallaggaaoromoonek1102 6 жыл бұрын
eyee akkas 😂😂😂
@roobsaanjabadhaitifufaorom891
@roobsaanjabadhaitifufaorom891 6 жыл бұрын
giduukana esaa demee obbo Lammaa Magarsaa?
@sanaytbalaxayit8434
@sanaytbalaxayit8434 6 жыл бұрын
Obbo lmamaa magasa jabadhuuuuu
@sanaytbalaxayit8434
@sanaytbalaxayit8434 6 жыл бұрын
Baayee siijadha
@riyaadsafiisafi4002
@riyaadsafiisafi4002 7 жыл бұрын
oduu bichaa kijibduu
@mamitu3564
@mamitu3564 7 жыл бұрын
Nama dhugaa dubbatu kijibbaa hin jedhena kijjiban isin lamma magarasa nama bekkadha
@abdurrahmaansaalah9143
@abdurrahmaansaalah9143 7 жыл бұрын
uuuuufffff hin kijiba wanni kun afaan mi'eeffatee ummata sobuuf deema yoo dhugaa taate hojiin agarsiisi yeroo dhiyotti. maaf dhoksita balleessa wayyaane namni du'e hin jiru jettaa nama meqatu dhume harargee bahaatti. shiftan ati jettu alabaa wayyaanee qabatee bobba'aa jira ber. alabama isin itti ofiin ibsitan qabateeti kan oromiyaa werara jiru.alabaa shiftaa biyya keenya keessaa baasaakaa erga akkas ta'e. Shiftaa ykn wayyaanee wajjiinis hin hojjatinaa of danda'aa ummata wajji deemaa. yoo akkas ta'e isin deeggarra. yoo kijibaan dachii hin balleessin.
@lethu6456
@lethu6456 7 жыл бұрын
wolahii ya nama dayispora jirtani dubii lammaa kana kessatii ufii ilalaa .woni dubatamu qabu dubatamera .gorsaa ilamani oromo gorfamu qabu goreseraa.wani gara fuluduratii godhu qabanu nuti himera .rakkoo kenafii nuti himera .furumataa kenasii nuti himera .furumata qofa mitii dawalee nuti himera .dubii hunda gababesee yokani akkaa nama hundafii galutii bekumusaa qabuti fayadame harka dina kessaa tahe kana dubachunii isaa wolahi ana na bochisee vedio kana bochanii dhagefadhee xumure .bekkaa kena atii nu jiradhu jecha ketiti nama hundu hin gamada jedhe ammana umanii kenya wolaluma qaba ani kara itti hime jete hin tahine asi irraa dhabatani hin hojatani jete yadu dandeta namani hin jiru kani jiru jawarii mohammedi qafa achini gara kani biri rakkata irraa sobanii gurachu qofa .kijibidufi odesitufi sobodu bichadha ati bekkaa oromoti amasii atu jeterata hanga ulenii si harka jirtuti jabadhu wara samuni gaborome kana kara itti akkekii lammaa kenya.garini nama ilalacha dadhaba qaba ati achi tete yo ummata oromotifi hojate tate hin soba umata oromoo soba jechu dandani kun ilalacha dadhaba akkana kana lalate umata oromoti hin jabatini namani oromofii hojatu maratu mootummaa sani jala bahu assabanii namani tokkoo tokkoo kuni wolalumadha bakuma hundatu hojatu dandu qaba...dhuma irrati werera hararge .balee.borana.irratti baname kana dhogu hin dandetaa isaa kana malifi calisite?? akka dafate furtu abdi qabana hiri bulii. ani kani baresee muhammed shubee kuwait irraa /5/2/2017/
@aminarosy8696
@aminarosy8696 7 жыл бұрын
Dhugaa jedhe kanhojjatetu bilisooma
@mamitu3564
@mamitu3564 7 жыл бұрын
dhugaa yoo dubbane Nama lammii isati quqamu lamma magarasa mee jecha afan isati bahu lala inni karraa itti agarasise jira
Pr Lammaa Magarsaa Eebba OMN  29 11 2010
20:20
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 14 М.
Please be kind🙏
00:34
ISSEI / いっせい
Рет қаралды 193 МЛН
1❤️
00:17
Nonomen ノノメン
Рет қаралды 12 МЛН
Dubbii Ijoo Kabajaamoo Obbo Alamaayyoo Atoomsaa
20:55
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 51 М.
Pr MNO Obbo Lammaa Magarsaa  Nageenya oromiyaa maal jedhuu? OBN Gurr 19, 2011
13:40
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 15 М.
Deebiifi ibsa Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahmad paarlamaa irratti kennan kutaa 2ffaa.
1:18:48
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 4,2 М.
Qophii addaa  PI.Lammaa kutaa 3ffaa
9:28
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 1,8 М.
Goota Oromoo Obbo Lammaa Magarsaa
8:04
Qaanqee Show
Рет қаралды 24 М.
Haasaa Pr Lammaa Magarsaa  Yaa'ii 9ffaa DhDUO irratti taasisan 09 01 2011
23:51
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 115 М.
Haasaa PMNO Obbo Lammaa Magarsaa Galma Barkumeetti taasisan OBN Bit 28, 2011
21:24
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 112 М.
Pr MNO Obbo Lammaa Magarsaa Ijaarsa seeraa alaa OBN Gurr 19, 2011
9:30
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 14 М.
Это что за ?
0:27
ЛогикЛаб
Рет қаралды 1,5 МЛН
Добейти 100000 подписчиков | Тгк- @Rom4ik539
0:28
Люди были шокированы от увиденного 🤯
0:29
Фильмы I Сериалы
Рет қаралды 2,9 МЛН
тгк: Логово FRIENDS
0:23
АлексДан
Рет қаралды 12 МЛН