Obboleettiin Teenya Abbaa Jawar Mohammed Beeyti Gaafii Jabduu Gaafatte

  Рет қаралды 103,974

United Oromia

United Oromia

2 жыл бұрын

Oromoon Biyya Uk #Manchester #JawarMohammed waliin Marii Taasisaniin #Gaafii Jajjabduu Gaafataniiru Deebisaa Vediyoo kanatti Aanurraa dhaggeeffadhaa

Пікірлер: 105
@legessedinka1945
@legessedinka1945 2 жыл бұрын
Amazing lady ,Great .
@watsuprak1984
@watsuprak1984 Жыл бұрын
Yaa rabbi Ifa nuuf baasi ammas dhugaa keenna 💖💖💖💖💖🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻☝☝☝
@fatumaahussaine2474
@fatumaahussaine2474 2 жыл бұрын
Abbaani qabnuu jawaar qofaa kanafii waani hundaa jawaar gafatuu
@user-qt6xq6yk3v
@user-qt6xq6yk3v Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromiyyaa tokkummaa ilmaa oromoo
@SmilingDolphin-mt6cl
@SmilingDolphin-mt6cl 4 ай бұрын
Dhugaa dha❤❤❤🎉🎉🎉
@haayatiarsiimunesaahaayati2434
@haayatiarsiimunesaahaayati2434 2 жыл бұрын
Bagaa nagaah dhuftaan United oromia akaasumaalee qaaqaliiwwaan abdii sabaa oromoo jabaadhaa jajaabeewwaan keenaa yaa sabaa koo nuuf jiraadhaa oromoo tiyyaa Uuuuuuuuffffff yaa oboletii tiyyaa dhugaa keetii wolaayii Yaa rabbii atii nuuf garagaarii Jawwee keenaa Amiiiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiiiin yaa rabbiilaamiini inshaallaah jzk 💔💔💔💔☝️🤲🤲🤲🤲😭😭😭
@bokatolasa3658
@bokatolasa3658 2 жыл бұрын
ati gootittii Oromooti umuriinjaarii fayyaadahi buli Jabduuteenya
@user-xh8bk5zh4y
@user-xh8bk5zh4y 9 ай бұрын
Dhuguma jawwedhatii oromoo liqimsuf dhufteef dhabde bateem
@mebrukamussa6191
@mebrukamussa6191 2 жыл бұрын
Our intelligent sister made a very important point! Please, Obbo Jawar Muhammed do not ignore what she said! We want you to take it seriously and think about and come to your sense!
@tamimajundi457
@tamimajundi457 2 жыл бұрын
My king of king Jawar ❤️💚❤️ Oromoo uammaata qashti ❤️💚❤️🖤♥️🤍wly sin boonaa Oromoo koo❤️💚❤️
@tolawakwarkisa1180
@tolawakwarkisa1180 2 жыл бұрын
Wow ciimtuu Shamarre❤
@harisabdulbasit4964
@harisabdulbasit4964 2 жыл бұрын
What hero woman love u sis u have address your eternal motion and real situation
@aal3640
@aal3640 2 жыл бұрын
Wowowo ❤️💚❤️👌👌
@user-dw9kv6ct1x
@user-dw9kv6ct1x 11 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@olanikitila8386
@olanikitila8386 2 жыл бұрын
Yaa Dubartii tanaa !!!!!!! Ati Haabbee otoo baay'ifamte ! Sammuun kun haa dagaagu ! Buli hori ! Yaadni kee haphee ta'ee Oromoo haa qabatu !
@ifeetube8332
@ifeetube8332 2 жыл бұрын
Jawaar hangaa si Jalladhuu akka siin jibbinee
@AmiraMoti
@AmiraMoti 8 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤
@ahmadabdalah8980
@ahmadabdalah8980 2 жыл бұрын
Jawaar dhabameef oromoon waggaa tokkoof duubatti hin deebihu juhaar maalihi
@user-nl4bs5sx5d
@user-nl4bs5sx5d 2 жыл бұрын
Dhugaa isii haasofte obboleettin teenna
@abebakinfe2073
@abebakinfe2073 2 жыл бұрын
My king of king Jawar ❤️💚❤️ Oromoo uammaata qashti ❤️💚❤️🖤♥️በእርግጥ ለኦሮሞ ህዝብ የሚያስፈልገው ዘመናዊ እርሻ፣ ት/ቤት ዩኒቨርስቲ፣ ሆስፒታል ወጣት ማእከላት ላይብረሪ እንጀ ጦርነት ምንም አይጠቅምም ካለው መንግስት ጋር በጠረጴዛ ዙሪያ መነጋገር ችግሩን መፍታት ሲቻል ኦሮሞ ምስኪን ህዝብ በአሁን ሰዓት እያለቀ ነው በየቦታው ብቻ የመልካምነታቸው አምላክ አይቶ ይጠብቃቸውለለ
@chasakasaye8825
@chasakasaye8825 2 жыл бұрын
Dhugadha jabadhu
@user-bc8oz6hd6j
@user-bc8oz6hd6j 3 ай бұрын
Maashaa'allaah
@aminhassan3525
@aminhassan3525 9 ай бұрын
Dhugaadha👍
@AishaAisha-kt7bo
@AishaAisha-kt7bo Жыл бұрын
Eee dhugaa keeti obleeti teenyaa biyaa araaba maan dhufnee
@nasirjal9488
@nasirjal9488 Жыл бұрын
Dhugaa gaafii biiyyaa arabaa jaween dhufuu dhabuu.komii qabnaa
@usmanbedaso2688
@usmanbedaso2688 2 жыл бұрын
galatoomaa United Oromia Media !!!!
@gobenamotuma4307
@gobenamotuma4307 2 жыл бұрын
uuuuuffff goota Keenya Nuuf jiraadhu
@AbdiiJamal-yx1qz
@AbdiiJamal-yx1qz 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@AbduljebarGuye
@AbduljebarGuye Ай бұрын
❤❤❤❤
@ZinabZinab-yw6ph
@ZinabZinab-yw6ph Ай бұрын
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@abebakinfe2073
@abebakinfe2073 2 жыл бұрын
Oromo people stand together
@dineabdi-nj1gy
@dineabdi-nj1gy 10 ай бұрын
❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@oromiatube4571
@oromiatube4571 2 жыл бұрын
Mucayoo tanna akka afaan kottii dubatee
@densadensa1676
@densadensa1676 7 ай бұрын
Jawwee ❤💚❤💙💚🖤
@user-vs8be9gs2y
@user-vs8be9gs2y 4 ай бұрын
Umrii nuf dheradhu
@SIMBOOTUBE
@SIMBOOTUBE 2 жыл бұрын
Like
@dameyadeta4844
@dameyadeta4844 2 жыл бұрын
I can not control my tear
@semiraebiso5526
@semiraebiso5526 2 жыл бұрын
Nyaata inni wolitti make sun..summii
@birhanutesfaye3716
@birhanutesfaye3716 2 жыл бұрын
Barreefama kana sirreessa
@jefermukter522
@jefermukter522 2 жыл бұрын
Ummata keenya akka jawwetti biyya koottaa rakkoo ummataa hubadhaa,Nama silaa ummani miidhame akka isaaf hojjatu beeku hamilee cabsitsnii qabsoo oromoo akka amman duraatti hin awwaalinaa.Namni quuqama sabaa qabu nageenya ummataa hawwa biyya fagoo taa'anii yaada dhunfaa keessanii hin oofinaa kootaa rakkoo oromoo nu waliin qoodadhaa qulqullina Jawwee rakkataa biyya jiruutu beekaa dubree jawwee qofamii oromoon addunyaarra jiran marti kan mootummaa Abiyyii fi Lammaa Magarsaatiif gamadee hin dhiichisin hin jiru waan ta'eef jawween waan takka tan balleesse hin qabu gaafasiis wahuma gochuu qabu ummataa waliin godhe malee komppiitaraas namaum silaa haa badhaafamu ummanni hundi ja'eetti bakka ummataa bu'ee Lmmaa badhaasee yeroo dubbattan itti yaadaa fageeysaa dubbadhaa Jabaa ofii abbaatu guddifataa waan hinaaftuun qabsoo oromoo qunccursaa turte odeesitu Jabaa sabaatiin jechuu of qusadhaa.
@awwaljajuu4863
@awwaljajuu4863 2 жыл бұрын
jawwe koo rabbi umari kee hadheresuu
@harisabdulbasit4964
@harisabdulbasit4964 2 жыл бұрын
Insha Allah your dream will be true
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 2 жыл бұрын
WBO wabii sabaa Abden Oromoo WBO dhaa Lamii koo WBO waliin taa Translate to English
@esaesa8250
@esaesa8250 2 жыл бұрын
dhugaa jette mucayyoon imala kee gara biyya arbaa godhi garuu biyyi arbaa mirga ilmaan namaa hin Eegan kana beeku qabna
@padrimahamed3547
@padrimahamed3547 2 жыл бұрын
Haadha teenya jabdu oromoo umrii dheeradhu galanni kee bilisummadha
@bizuorotube8744
@bizuorotube8744 2 жыл бұрын
Akam jirataa lubuu mee manaa koo senii lalii sabiscrb goodhi lubuu 💋💋💋💋💋💋💋
@user-cj7ul5hn6u
@user-cj7ul5hn6u Ай бұрын
Nagenyii hin jiruu hanga yomi bonyaa
@ashaaoromo9349
@ashaaoromo9349 2 жыл бұрын
😘😘😘😘😘😘😘❤❤❤❤❤❤❤
@saadu7901
@saadu7901 2 жыл бұрын
Dhugaaa keeti obboleeti tenyaa 😥🙏♥️♥️
@baaleemaddaawalaabuu8929
@baaleemaddaawalaabuu8929 2 жыл бұрын
Jirradhu
@zaraahmed9760
@zaraahmed9760 2 жыл бұрын
Hi hi
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 2 жыл бұрын
Akkkkkkkk👏👏👏👏👏👏👏👏👏💯
@LoveLove-re1dj
@LoveLove-re1dj 2 жыл бұрын
jawar biyyattin galin alumma taii
@hadihussein9454
@hadihussein9454 2 жыл бұрын
💚💚💚💚💗💗💗
@Abdellah9213
@Abdellah9213 2 жыл бұрын
❤🌳❤ 🗣🗣🗣
@hawasayo2580
@hawasayo2580 2 жыл бұрын
👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👏👏👏👏👏👏👏
@gittogitti5431
@gittogitti5431 2 жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤
@samiirkhanshamsadiin3331
@samiirkhanshamsadiin3331 2 жыл бұрын
Ummaanii uk galatoomaa
@jefermukter522
@jefermukter522 2 жыл бұрын
Nama waggaa lamaan har'aa bohaa jirruuf kan erga bahe ji'a lama hin guutin akka baheen rakkoo saba isaatiif rakkachaa jiru kan addunyaalleen hidhamuu isaatiif baayyee gaddite kabajaa gaafa hidhaarra bahu simannaa mootummaan taasiseefiif jecha Jawween bitamee jechuun olola daldaltu?Kan simanna kabajaa argateef jaalatamaa nama hundaa isa dhugaa kutannoo fi egree ummataa qabu waan argee hubatee fi mootummaan isaaf kabajaa taasise san qaama keessan waan ta'eefi beekaa akkasitti hin yaadinaa lammii too dhugaa Jawwee warra biyya jiruu beeka.
@bokatolasa3658
@bokatolasa3658 2 жыл бұрын
buli obboleettii teenya fayyaa dahi
@MohammadMohammad-bk3cl
@MohammadMohammad-bk3cl 2 жыл бұрын
🐆🐆🐆🐆🐆🐆🐆🐆🐆🤛🤛🤛🤛🤛
@jefermukter522
@jefermukter522 2 жыл бұрын
Dugaa keetii imalli qabsoo kanuma bilisummaan ibidda duuba jirti hanga namuu akka kee kanatti kutate ofiif lafa qabati galatoomi dubree,garuu silaa Jawween harra bakka Abiyyii kana tureehiis komiimii kanuma caalaadha waan taheef komii dura raaguu,xiinxaluu akkasumaas wanta ummatichaaf ta'u irratti hojjechuudha waan ta'eef Jawween karuma kanarra jiraa komii walirratti oofnu kana dhijsaa tasgaba'aa miidiyaarratti wal xiqeesuu fi wal salphisuu haa ofirraa xiqqeesinuu jabaa ofii osoo dogoggorellee ofitti qabanii jabeeffachaa suuta sirrfatanii mee komii walii kana haa dhiifnuu sirreeffama malee Abbiyyiihuu hanga danda'ametti sirreesuuf yaaluu malee "sareen ofii wal nyaatu waa bineensaan ofirraa hin loltuu"Jawweerràà bu'aa xurree nageenyaa kan sabaa fi biyya teenyaa haa akeeknuun isiniin ja'aa dhiifamaa waliin torbbee meeqa komii jawwee dhaabaati inni wanti kophati hojjate hin jirtuu tan dabarte dhiisaa tan fuula duraa isaa waliin ummataaf waan tolaa akeekaa jara keenya.
@husenmohammed1940
@husenmohammed1940 2 жыл бұрын
tokumatuu Callaa tokumaa
@caalaahuseen5919
@caalaahuseen5919 2 жыл бұрын
Jawween abbaa oromooti
@user-il5xc5kh3x
@user-il5xc5kh3x 2 жыл бұрын
dhuugaa keetii waalhii
@wallaga19
@wallaga19 2 жыл бұрын
😘😘😘😘😘
@dagimuna9968
@dagimuna9968 2 жыл бұрын
❤❤
@dirodirriba2543
@dirodirriba2543 2 жыл бұрын
Egaa haadha keenya waan beekturraa xiinxalaa siyaasaa keenyaaf dhaamtee jirta haa ta,u garuu nama dhaga,aa jiru hin fakkaatu kanaafuu nama jaallatan osoo hin jaallatiin jibbu anis nama kana nan jibbe sababni isaa maaliif achuma taa,ee beekkumsa qabuun uummata isaa bira hin dhaabannee????????? beekaa fakkaatanii wallaaluu waaqayyoa nama haa oolchu as deebinaan jarri hin dhiistu galatoomaa
@alexnigussealexnigusse3538
@alexnigussealexnigusse3538 2 жыл бұрын
Hi
@bultobena6077
@bultobena6077 2 жыл бұрын
Ummata burjaajesseera Abjuun jawaar qileedha. Jawaar ilkaan nafxanyaa keessaa bahuf nagaa Itophiyaa nagaa Itophiyaa jechaa oola. Malaaka Jibriil / Gabriel ta'ee wahee nagaa otoo labsee ilkaan nafxanyaa keessaa hin bahu. Kanaaf ummata burjaajessuu akka dhaabuu itti himuu barbaachisa. Qabsoon karaa nagaa Itophiyaa keessatti hin hojjetu. Doctor Mararaan waggaa 30 qabsoo karaa nagaa otoo labsuu hidhamet Habashaa biratti jibbame . Jawaar kana beekee qabsoo nagaa jedhee Oromoo burjaahesuu dhaabuu qaba. Tajjabdoonni ergamaa pp taeera jedhuu. Mana hidhaatii baasanii ummata jala kaatu burjaajessee qabsoo akka hin gargaaree godhuuf ergate ppn. OPDO keessatti guddate. Qabsoo 2018 kolaasse tokkummaa burjaajessee bilisummaa gootota 7000 argame harka nafxanyatti galche. Daldaltuu siyaasaa hin amaniinaa, Wantti nama gaddiisiisu warri isa deegaran Kristaanni waldaa Islaamni maskiida ijaaree itti sagaduuf adeema. Falli qabsoo blisummaa Oromoon afan tokko dubbatee hidhatee WBO jabeessuu qofaadha. Oromoo dammaqi Oduu kaadiree pp ofeegadhu. Xumura dubbi. Qabsoon karaa nagaa Itophiyaa keessatti akka hin hojjenne beekaa. Oromoon human yoo qabaate malee karaa nagaa hin bilisoomu. Kanaaf Jawaar ummata burjaajessuu akka dhiisuu itti himuu qabnaa.
@qafiiraatube
@qafiiraatube 2 жыл бұрын
❤💚❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@shuruuutalaa7241
@shuruuutalaa7241 2 жыл бұрын
Nuf jiradhu Abba kena
@user-cj7ul5hn6u
@user-cj7ul5hn6u Ай бұрын
Wanii gara nama nyatu 😢😢😢
@abdisaadamu7655
@abdisaadamu7655 2 жыл бұрын
Dubartii beektuu keenyaa dhugaa kee dubbatte gurri sidhaga'u yoo jiraateef lubbuun kee haa bulu baayy'ee siin boonna,qabsoon itti fufa.
@keyraantube4162
@keyraantube4162 2 жыл бұрын
Obboleettiin teenyaa bay'ee galatoomi
@sakeguyosakeguyogalgallo7423
@sakeguyosakeguyogalgallo7423 2 жыл бұрын
Hintatu. Jawen. Kena jedhesun hilmi nama lama. Hinda. Gatu. Akasi. Beki. O bo. Kiya kaasabaft. Jalatamu kabajama Koojabadhu nujaja besi sini. Jedhe
@qameabdo4089
@qameabdo4089 2 жыл бұрын
Akksi galtomi oboletii ko ijollee biyyaa arbbaa saabbaa biraa wan bayee qabbuu
@naziifrashiidislam6064
@naziifrashiidislam6064 2 жыл бұрын
Dhibba keeti
@nanutube1895
@nanutube1895 2 жыл бұрын
Yoo dubbatan akkana malee
@SIMBOOTUBE
@SIMBOOTUBE 2 жыл бұрын
NANUYEE👉🙏
@Jimmajimmittii483
@Jimmajimmittii483 2 жыл бұрын
In every cities of Europe oromos come out to address the necessity and importance of oromo army. I don't think they come out to support Jawar
@user-jr2wy7qy9v
@user-jr2wy7qy9v 2 жыл бұрын
jawarn Kijibaa kee afufi jedhini oromon siidhaga,uu hinjiru diqalaa akka ketii yoota,emale impayerii afaan qawetii digamaa afuftu
@ismaeloobsieh4022
@ismaeloobsieh4022 2 жыл бұрын
Haa wa m0l
@gadissanegawo9344
@gadissanegawo9344 2 жыл бұрын
Jawar Ergamtuu Abey.
@hayagemechu606
@hayagemechu606 2 жыл бұрын
Rabbin siti haa ariguu
@hayagemechu606
@hayagemechu606 2 жыл бұрын
Yoo PP tayu barbadee Mali gochu ummataa oromo samuu domaa kana walin Isaa dhiphisaa setaa Oromo jechuni horidhaa galataa nama hin bekuu kallessa ergamituu wayanee jechaa turitani har,amo ergamituu pp boru hoo Kani enuu tahinaa ??? Jalmron wayanee waggaa 27 hunduu oromo dhitaa turitee sanuu araramee jiraa Kani jawar malif isin gubee ilman diqalaa SHARIMUXAA DHIGIN QULIQULOTAA ISINITII HAA FARADUU
@hindyboru3669
@hindyboru3669 2 жыл бұрын
Jowharis khaayoo isaa ibsate! Ummanniniis khaayoo ifii ibsate. Jowhar khaayoo ummataa, nifudhataa?? Ummata dhaggeyfate fedhii ummataa jala deemuu ni dandaha moo tanuma isaa tana qofa itti fufaa??
@nigussienegashyadete8138
@nigussienegashyadete8138 2 жыл бұрын
Why do you a man Jawe? This means a giant snake in Oromifa.
@gadissanegawo9344
@gadissanegawo9344 2 жыл бұрын
Jawar Abashaa diaspoorraa walitti waamattee haagorssu. Oromo diaspoorra walitti qabee garbumaa jalati bullaa jechunsaa tufiidha.
@arsiibiyyakoo7381
@arsiibiyyakoo7381 2 жыл бұрын
Badii inftuu bardhuu xixala ta.ii achii ga.ii malee gola kessatii hin infiin 🤔🤷‍♀️
@gadissanegawo9344
@gadissanegawo9344 2 жыл бұрын
@@arsiibiyyakoo7381 Jawar is the fillip side of Abey Ahimed.
@arsiibiyyakoo7381
@arsiibiyyakoo7381 2 жыл бұрын
@@gadissanegawo9344 kkk🤔🤷‍♀️😒😒😒😈
@Abdellah9213
@Abdellah9213 2 жыл бұрын
𝐌𝐚𝐬𝐡𝐚𝐚 𝐚𝐥𝐥𝐚𝐡 𝐠𝐚𝐟𝐟𝐢𝐢 𝐚𝐣𝐚'𝐢𝐛𝐚𝐚 👉🤔🤔👌
@SIMBOOTUBE
@SIMBOOTUBE 2 жыл бұрын
Abdi Adem👉🙏
ОДИН ДЕНЬ ИЗ ДЕТСТВА❤️ #shorts
00:59
BATEK_OFFICIAL
Рет қаралды 9 МЛН
HOW DID HE WIN? 😱
00:33
Topper Guild
Рет қаралды 38 МЛН
That's how money comes into our family
00:14
Mamasoboliha
Рет қаралды 8 МЛН
Nu dhibde jedhe Jawar Mohammed maaltu dhibe laata?
14:29
United Oromia
Рет қаралды 43 М.
Jawar Mohammed: Abdii Sabaa
12:18
Daballee Studios
Рет қаралды 38 М.
Gaafii Jawar Lolchiifte Dubbii Walabummaa fi Waboo
14:19
United Oromia
Рет қаралды 151 М.
OMN: Jawar Mohammed - Imala Galatoomaa - Paris, France
1:20:25
Adem Mohammad-Lallabadheera - New Ethiopian Oromo Music 2021(Official Videos)
6:14
当小孩上学后,路飞太开心了#海贼王#路飞
0:25
路飞与唐舞桐
Рет қаралды 6 МЛН
رورو ضد رقيه🔫😲🚀 #shorts
0:13
رورو فاميلي | Roro Family
Рет қаралды 31 МЛН
Такого они не видели😱😍
0:55
Следы времени
Рет қаралды 3,3 МЛН
Хотел вывести 🤣❤️
0:54
Dragon Нургелды 🐉
Рет қаралды 683 М.