Caayaa, Waajjirri Olaanaan tajaajilaa konkolaataa keessa ta'e, M/ Adaamaa kutaa Magaalaa Boolee

  Рет қаралды 23,194

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

5 ай бұрын

Qophii Caayaa:Magaalaa Adaamaatti Hoji Gaggeessaa Kutaa Magaalaa Boolee obbo Bariisoo Baqqalaa waliin turtii taasifame. Hoji Gaggeessaa Kutaa Magaalaa Boolee obbo Bariisoo Baqqalaa waliin turtii taasifame.

Пікірлер: 119
@user-wj9xe6te7c
@user-wj9xe6te7c 4 ай бұрын
Anwar OBN irraa hojatuun kee bayee namatiin Tolaa aGaruu Egumsii gahaa ta'ee. Sifii godhamuu qabaa kaan bekee qamaan dhimii Kun ilalatuu yeroo gabaa keessati falaa tokkoo kawuu qabaa yeroo hundaa hayuu keenyaa sababaa hin taneen dhabuu hin qabanuu waan ta'eef Anwar jabadhuu hayuu Adunyafi abdii boruu❤
@umarzinab8138
@umarzinab8138 Ай бұрын
OBN... Qoohii Caayaa....Baarumusaa.. guudaa.iraa.Jamal.badaa.sii.jaalanaa.umurii.dheraadhuu.
@user-bf5ff9us8v
@user-bf5ff9us8v 2 ай бұрын
Jabaadhu leenca koo Anaawaar Jamaal mana caalbaasiin bitaane banki misooma itoophiyaa irraa seera qabesaan ifaati bitaadhe iddoon biraa kan kartaa kiyyaa ibsinee namni bira ittii qabu jijiirani sanumaahu nu dhorkani finxaaleeyyiin nuti dulani dhabne maaf himatu kan biraati arkatu jahani dhabne alaa jiraa himaanus harka wal kessaan kayatani baleesani nuuf wajjiin barbaadi nuti bu aa badhaadhinaati ful duri kenyaa ifaa abiyyii ni beeka shiraa kessaan fi alaan wal ijaare sammuu nama guduunfu ni hubataa arraas boruus badhaadhina waggaa lamafa deemna,....rabbii male nama itti himanu qabnu. Aduun haaqa bulte baati Aduun guddoo tanati switch godhuuf yaala jiraani
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 ай бұрын
❤❤Eegumsaa Qubeen Mandisootaan kaayamee Caahaa tokkummaatii gzx Astuu Mudassir baga nagy marii nira greater than u mmataa gzx Anawar Jamaal
@gadisaabee7561
@gadisaabee7561 13 күн бұрын
Maaloo kenyaa tokko moo Wagga lammati hin argamuu dhugaa rabbii maaloo kootuu karaa kenyaa osoo argitee nama bochisaa
@user-uc9bd6od5r
@user-uc9bd6od5r 5 ай бұрын
Atii dhugaa baasuutti jirta, warri dhugaa dhoksan Akka sin dhoksine
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 ай бұрын
❤Ganamaa Yeroorraa congratulation Ganda or Dhaddacha araraa/dhiifamaa Isin jaallanaa isinirraattii guidance ifaaScience ida'amuun lafti each day to day life Eegumsaa hawaasaa kanaaf waraana dura Martin Luther king
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 ай бұрын
❤❤❤ yaadii argii qosadhuu Barreefamni Eegumsaa dhoksaa Yaannis osoomaa argineeyyuu gola Bayii
@fatmahamad3409
@fatmahamad3409 Күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤Anwaraa ain hadhufuuu ❤❤❤❤
@umarzinab8138
@umarzinab8138 Ай бұрын
Anuwar Jamal Umurii dheeradhuu
@KiyyaRabbi-jq7fn
@KiyyaRabbi-jq7fn 2 ай бұрын
Anawaar koo nu boonsite dhugaa rabbii hattoota qabaa jirtaa ummanni oromoo si eebbisaa jira ilmi dhugaa siif haa dhalatu. Mee magaalaa keenyallee koottu nuuf ilaali mee
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 ай бұрын
❤kanaaf lachuu yoo arginee Hooggaansi deebii marii si harsiisaa Barreefamni garuu beekuun dursuu Diraamaan Siyaasni Beekumsii Eegumsaa ida'amuun ❤❤❤mandisni Waraanaa!!!!!!!❤❤❤❤
@umarzinab8138
@umarzinab8138 Ай бұрын
Anuwar Jamal Umurii dheeradhuu..sii.wojiinii.jiiraa....Atii..Oroomo...Quluquulu.dhaa.....Raabbiinii...umurii.ke.Ha.dheresuu..
@BarisoNine-qv8bp
@BarisoNine-qv8bp 2 ай бұрын
Anwar keenyaa jabbaadhu sifaana jira.Nutis isiin eegana G/A/L .A/siraaroo.magaala sabatee 01 irraa
@gadisaabee7561
@gadisaabee7561 13 күн бұрын
Dhugaa rabbii Ani jeecha hin qabuu Kani ittii SI ibsuu rabbii guddaane hin waqaa hutubaa malee dirirsee SI haa eguuu silaa biyyaa kenyaa keessati namani dhugaa dubatuu hin bubuluu maaloo nama kan egumsaa guddaa goodha adaraa
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 ай бұрын
❤ Ogeeyyiin media media hojiif gaarii mitii jechama mallaszenawii kanaaf walitti dhuuumii ida'amuun Medical staff executive board member help Hojiifi median waliin yaaduun ijaarsa ciqileen
@zainabzainab2785
@zainabzainab2785 3 ай бұрын
Pls Jimmaa dhaqii😢😢❤❤❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 ай бұрын
❤❤❤❤ Beekumsii Eegumsaa Principles of state Education siyaamaa Uumaa Uumaa Eegumsi sobaa.shiraan eegii haqatti Barteeffamni seeraa seeraa eegii gurriis gzx desktops odeeffaannoogurriis
@SamSam-bi5tf
@SamSam-bi5tf 21 күн бұрын
Jabadhu iti fufii
@SurprisedBurger-uq4ff
@SurprisedBurger-uq4ff Ай бұрын
Umman guutun Yoo xiqqate waraqan enyumaa ji,a 3tii nama dhufaa tire sababni isaas akkuma ATI kaaste namoota waraqa enummatis ta,ee hojii gar biratis warraa hojetota jejaa gaarii male mirgaa kiyyaa jettee deebii ittii deebisu hin qabnu waluma galattii magaala Adaama keessati Abba qabeenya qofatu jirraata yoo kuni soba ta,EE gadi bu,ATI ummata dubisa diigumsa mana irraati mee illaala mana gibbii tokko keessati argamu keessaa tokko diigani tokko dhiisani sababni Isaa mana takka Yoo ijaartu birri kafalteti Kan itti kafalteen ala Kan bira yoo moora Sana keessattii argamee hin diigama kuni Kan muldhisu gama lachiinu seeri kabajamu dhabu isaati kanafu seerii guutuma guututi yaa kabajamu
@teshomebeyene6568
@teshomebeyene6568 5 ай бұрын
Great job.
@user-wx1dj2rc3p
@user-wx1dj2rc3p 5 ай бұрын
Namittin kallattiin Jala bade waan qabattuuf dhiistuu wallaaltee jirti.hundaafuu magaraaja Jala dhoksi
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il 4 ай бұрын
Dhugaadhaa dubii ijoodhaa waanadhiibee diireenkubaa takkajiirtuu karaagubatii tabatuunluburahii dhiifamaawajiin nahubadhaa
@user-kp8rt1rg1j
@user-kp8rt1rg1j 5 ай бұрын
Baayee nama dhibbaa kan kabinnee bara kana Gaaffii dhiyyaatef tokkolee deebisuu dadhabaa Silaa dhugaa qaba mali goodha Dhalatan keenyaa baratee digirii fi dipiloomaan hoji dhabbee galee mana ta.a Inni barumsaa hin qabne bonjojorraan kabinnee akkasitti ummata issa tajajila jira Gaazeexessa Anuwar baayyeen sii dinqissifadha nuf jiradhu Hoji kettiti jabadhu atti
@bajootamameofficial
@bajootamameofficial 5 ай бұрын
Anuwar jabadhuu leencaa koo
@muraadmuraad4509
@muraadmuraad4509 5 ай бұрын
Anwaar jaba jirtaa❤❤❤
@suleymanbayan6699
@suleymanbayan6699 5 ай бұрын
Warra akkanaatu biyya hogganaa Kanatu biyya cirata Kanatu sobaan jiraata #Kan_barate dhagaa cabsee jiraata Kijiba
@ChalaBona-rm9qr
@ChalaBona-rm9qr 5 ай бұрын
Gaazixeessitoota OBN keessaa suma wayya🎉
@WaqayooAbadikotii
@WaqayooAbadikotii 23 күн бұрын
😢😢😢😢peles boqojii dhaqii mee
@sirajabdalla7610
@sirajabdalla7610 5 ай бұрын
Anawaar gafiin atti gafaatuf deebiin kennamuu Waal hin gituu
@wahila749
@wahila749 5 ай бұрын
1M subscribers soon!
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 ай бұрын
Gaaffii warra dhibèe Akam nagaha Jirta Gzx Anawar Jamaal tigrai media si gaafadhuu ifaa yaada mo'ataan biiroon biiroon hojiinis ka'umsaafi Ga'umsaa Graffiti Adamaa ittisaa dhaloota Beekaa arguu ni danddeetaa Garuu mariin beektotaa eessaatii dhorkatee 💞A..💞 +🌹Waraana? Araaraa jaalalaa biraadeemnee quba qeensii Seeratu eeggamaa ida'amuun/Daguu ardaan marii yaada dhaqqabne =ijaarsa gurriis Eegumsaa Eegumsaa keennee W/Aadaafi tourism council 💞B.💞+🌹Ogeeyyiin fayyaa? Garuu ardaa marii dhiisun mirga yaannis waraanaa qabeenyaa Eegumsaa DrDebratsiyon kufaatii waan argineef Human resource management deemsa OBN
@abduaman1855
@abduaman1855 5 ай бұрын
Obboo Anuwaar Gaafii baayee gaafate
@desalegndina285
@desalegndina285 4 ай бұрын
Anuwaar Gaazixeessaa qaxaleedha miidiyaan OBN akka daawwatamu kan taasisaa jiru dubbii haqaa Gaazixeessaan kun irratti hojjetaa jiruudha kanaafu jajjabeeffamuu fi deggersi gahaan godhamuufi qaba jabaadhu Annuuko
@SademDugo
@SademDugo 3 ай бұрын
Maalo Godina boorana baha aana madda walaabu magaala bidireetti qophii caayaatiin gazzexxeessaa Anuwar jamaal nuuf haa affeeramu
@galanaadare8118
@galanaadare8118 5 ай бұрын
anuwaar fayyaa ta'i gaaffin ati gaafattu sirriidha namichi garuu waanumti deebisuu barbaadu harkaa badeera.
@user-fr2wj5hu8b
@user-fr2wj5hu8b 4 ай бұрын
kumaa jiradhuu ibboo waraa akkasiitii ummataa dararraamaa hamaa keessaa galchuun motumaaratii dhibaa umaan waraa akkaanatii ijaa fi ijjoo hojii walalun hojiimataa heraa motumaa qisassesuun umataa komii kessaa kangalchaan waraa akkanattii
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 ай бұрын
However I think it's important MOOTUMMAAN qabeenyaa wal'ansaa Humna beekuun humna eeguu yoo taanee Hawaasni qooda bahikaa hojimaatatu Ulfaataa Sababa wal dhageeffachuun riqicha daandii Hojii😊
@Muhammed20148
@Muhammed20148 5 ай бұрын
Obn galatooma !!! Keessattu garee goggeessoota abbaa sagantaa kana hundaafuu Galata qabduu!!!!!!!!
@suleymanbayan6699
@suleymanbayan6699 5 ай бұрын
Galatoomaa warri obn
@AbdulhakiimAhamad
@AbdulhakiimAhamad Ай бұрын
Dallaalotii kanneen isaanirraa Eegalee Hanga gandaati kanuma baayyatan Yaagaazexeeysaa dhugaa waan kana hanga gandaatti jalaa hin hafin
@FiromissaOlani
@FiromissaOlani 5 ай бұрын
Kutaan magaalaa kun keessattuu waajjirri lafaa nama keessummeessuu irratti rakkoo hamaa qabu
@jimmydavidson1077
@jimmydavidson1077 3 ай бұрын
Nanshaka Gagesitotni Oromiya Wanta Mana Barumsa Demani Nati Hinfakatu.
@user-nh9de3fb7q
@user-nh9de3fb7q 4 ай бұрын
caayaa qophi garidha kan qophessaa jirtan kanaf Anwar G/shawa bahaa anaa Ada'a xiqqoo osoo nuf lalatani rakkoo bayyeetu jiraa kara lafaa qonan bulatin
@gamtaa74
@gamtaa74 3 ай бұрын
Anawaar kiyya ati erga hojii eegalte gaaffiin kee tokko siif hindeebine maalif garuu?❤
@KiyyaRabbi-jq7fn
@KiyyaRabbi-jq7fn 2 ай бұрын
Jiraadhu dhugaa ummataa situ baasaa jira keessattu dhimma barnootaratti gumaa ummata oromoo baasaa jirta .rabbiin sibira haa jiraatu akkasumas eeggumsi cimaan siif godhamuu qabaa
@EtvOromedia
@EtvOromedia 3 ай бұрын
Digital jechuun namni maqaa saniin baafate debi'e aanaa biratti ol baha waan taheef kun wolsobu jedhama dhimma Digital worroota Digital tiif dhiisa jedhani
@kennaatube4262
@kennaatube4262 4 ай бұрын
Kanafaatu jira kinoo hojjetaan mootummaa biyya bulchuu barachuun nama kanaatu shakkii dha
@fikiruw4762
@fikiruw4762 3 ай бұрын
Bariisoon hedduu sobe; ani waraqaa eenyummaa dijitaalaaf galmaa'ee ji'a 6 booda waraqaa amma Anuwaar jedhu kanatu naaf kenname. Uummatni keenya hedduun dubbisuu irratti hanqinni osoo jiruu waraqaa sana gangalchaa oola. Tartiiba maqaatiin illee maxxansanii lafa hinkaa'an walkeessa dhahamaadha.
@obsenagash2672
@obsenagash2672 3 ай бұрын
Please walisoo ❤❤
@getahunabera
@getahunabera 5 ай бұрын
Gaffii maliif waraqaa dijitaala dhistaanii waraqaa yeroo kennitaan jedhuuf deebiin hiddaa galii bulchiinsa magalaa boolee cufuu jechuudha
@sonanwalabu6942
@sonanwalabu6942 3 ай бұрын
Hoggansa, hojjataa fi dallaalanis tokkuma wajjiin hawaasa saamaa jiru "
@lubanlubaluba3861
@lubanlubaluba3861 5 ай бұрын
Saagaleen addaan cicitaa nuuf sireessaa
@SamSam-bi5tf
@SamSam-bi5tf 21 күн бұрын
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@Redii55
@Redii55 3 ай бұрын
Please Arisii lixaa keessaa Anaa Adabbaa dhaqiii
@SaaadAbdallah
@SaaadAbdallah Ай бұрын
Itoophiyaa
@SamSam-bi5tf
@SamSam-bi5tf 21 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-jk2kl9gu6r
@user-jk2kl9gu6r 3 ай бұрын
Sadarkaa aanaati gaadii bu'ee rakkoo hawaasaa irrati hojjetamuu qabu ,ejjaannoo kee nu boonsa
@mustefakadir9966
@mustefakadir9966 3 күн бұрын
hotele irra demani nyachufi dhugu male rako umata hikuuf fedhi hinqaban inumayyuu umata bochisuf wan ango qabatan fakataan kabajamo anuwar Jamaal rabbi umri dhertu sihakenu galatomi
@edrishasen1587
@edrishasen1587 5 ай бұрын
Ittii mudii
@GetuDebele-ru9ui
@GetuDebele-ru9ui 3 ай бұрын
Of eegannoo godhi baayyen si jaaladha kanaaf diinni akka sii hin nyaatne
@ChalaBona-rm9qr
@ChalaBona-rm9qr 5 ай бұрын
Amma ammma ammma amma amma amma 😅😅😅yaa carraa Oromoo
@Chuchuchannali
@Chuchuchannali 4 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@FikaduGudeta-hh5fz
@FikaduGudeta-hh5fz 4 ай бұрын
Maaloo Godina Lixa Shawaa Aanaa Dandii guyyaa ta'e kootta
@Gute2024
@Gute2024 5 ай бұрын
namuma akkamiitu itti gaafatamummaa irra taa,aa warri akkasii warra uummata irratti fe'amanii uummata gidirsani baay'ee nama gaddisiisa.
@dembeltadesse5908
@dembeltadesse5908 4 ай бұрын
Kun sobaa jira! Amma amma yeroo meeqa jedha! Waan hojjatu hin beeku
@solomonbiratu6533
@solomonbiratu6533 4 ай бұрын
Abboo ijaraa hafii🫡🫡🫡🫡
@OroOne-gs1nv
@OroOne-gs1nv 4 ай бұрын
Kkkkkkkk namichi mudame
@BilisumaTibeso
@BilisumaTibeso 3 ай бұрын
Mallo asella kootu rakkoo jira warraqaa rakkoo hin qabu
@SooressaaOromiyaa
@SooressaaOromiyaa 5 ай бұрын
Amma kana wal cannaquu maaltu fide Anuwaar keenya? Gaafif deebin wal madaalaa hin jiruum! uuuufff yaa baraa! Ati jabaadhu afuura kuti yoo of baran.
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il 4 ай бұрын
Asiiratii ganakalee gana araa ganaaboruu waanjachuun golamuun umataamaliif dhufee askeesatii waanadhiibee keesaahii baruufedhaa
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il 5 ай бұрын
Jariikuun dubiin iisaanii uguumadubatanuu badiiqabatuu ragaafurabahaa jiiraanii garamanaa hiidhageesuuf mooqanyeesuuf miidiiyaarattiifidanii nadhiiba
@solomonbiratu6533
@solomonbiratu6533 4 ай бұрын
Yaa nama bartee essaa jirtuuu😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😮😮😮😮😮kana nyadhuu🦶🦶🦶🦶🦶
@user-gp1pu8nm4u
@user-gp1pu8nm4u 5 ай бұрын
Itti mudddi. Innu akkamitti gara kutaa kana dhufee?
@fufaanbessa8939
@fufaanbessa8939 3 ай бұрын
Bareedaa keenya seenaan yoomillee sindagatu jireenya oromummaa keessatti
@user-ed1wg9pk6c
@user-ed1wg9pk6c 5 ай бұрын
Caayaan TV OBN akka ilaalluuf sababa nutti ta'aa jira. Hundi isaa akka Mucaa kanaatti hojjachuu qabu.
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il 4 ай бұрын
Dhugaadha giiriinidhasiilaa dudhadhaa hadoodaan tanabeekuu dudhaa umataajachuudha joleetaphataanii
@MubarekAhmed-ul7kg
@MubarekAhmed-ul7kg 4 ай бұрын
Logo for OBN ....Anwaa
@user-gb2ei5fk7m
@user-gb2ei5fk7m 2 ай бұрын
Anawaar jebadhu dhuga basa jirta Amaale wanti hafuu ni jiraa
@edrishasen1587
@edrishasen1587 5 ай бұрын
Kkkkkkkkk
@user-bh2xf9vu7h
@user-bh2xf9vu7h 3 ай бұрын
Magaalaa adaanaa hundi kanuma kana soobidootaa essaa fidan??
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il 4 ай бұрын
Salaam miinteeriinbultii jachuudha tokkumamotumotaa jachuudhaa igaadiinbultii jachuudhaa
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il 4 ай бұрын
Qophiintuun caayaajachuun oromoon dhadaciisii mukajalaa jachuudha manamurtii nutiiseniinaa akkajariinuja.uufii lukuun lubuudha luktiidemsaa horiinhiiyaaduu jaladeemnuu jachuudhaa
@AtakiltNegash
@AtakiltNegash 5 ай бұрын
Obn qophin cayaa keessan akka malee namaa hawaata hadara kabinee motumma dhisaa haawasa qofaa hasofsisa Nutii qamni afur directi boqona nu dhowani jiraan baqatumaaf qophira jiraa 1ffaminisha 2ffa polisii 3ffaa kabine 4ffa mana murtii ykn abotii alangaati
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 ай бұрын
Eegumsaa malee Yaannii arginee Hammeenya qabaa.kanaaf eegii Walirraa dagannee
@NumeeyriiAmiin
@NumeeyriiAmiin Ай бұрын
Dadar
@mohamedabdo-qb7zp
@mohamedabdo-qb7zp 5 ай бұрын
OBN Namoota akka Anwaar baayye barbaachisa jaroota akkanaa kana dhugaa gaafachuu
@user-iu7uk7hl6e
@user-iu7uk7hl6e 4 ай бұрын
😂😂😂😂😂anwar gota kiya jabdhu
@user-id4fe3lx7p
@user-id4fe3lx7p 3 ай бұрын
Kan akana kantu biyaa domsa jiraa bar bektoni meqaa oso jiran
@mustefakadir9966
@mustefakadir9966 3 күн бұрын
soba guda dubata guyya 15 tti hindhufu kandhufu danda.u yoo ati qarshi kuma 2, kuma3 kenite qofa
@Alhmdulillahi
@Alhmdulillahi 3 ай бұрын
Inni kuni gale yo sirresu baate dhuga nama dhiba
@MdMudi-tl3wi
@MdMudi-tl3wi 3 ай бұрын
ITI JABESI JABA
@karoubkarona4841
@karoubkarona4841 4 ай бұрын
Wantaa bayee baredaa dhumnee yaboo hatuun bayatee
@DebelleGeda
@DebelleGeda 3 ай бұрын
Itti himi
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il 4 ай бұрын
Waraqaabiirageenye nutiiwarahuugaree wareemalee walwaraanuumalee.walqeequumalee.waldheeysuumalee malawaliidhahuumalee malaawalgarsiisuumale walmadiirademuumalee
@user-gp1pu8nm4u
@user-gp1pu8nm4u 5 ай бұрын
Qabdee qabi. Innu akkamitti dhufe?
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il 4 ай бұрын
Makiinaan shiiferaqabdii majafiiqadamotumakana targaamotumaakana niibree isuukana qamasadafatiis isaa
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il 4 ай бұрын
Wajiiralafaa dalaalaqabaa poliisiindalaalaqabaa maniimurtii dalaalaqabaa mangudoon dalalaaqabaa hujiinhudiinuu dalaluumaan hojanaaree samuuntenyaa liiqiidhaajachuudha niigurguramtii
@OroOne-gs1nv
@OroOne-gs1nv 4 ай бұрын
Ati OMN maltta
@sharafudinyusuf5696
@sharafudinyusuf5696 Ай бұрын
Namnii kun ni sobaa hoganaf hin tahu dadhabadhaa
Caayaa, M/Roobee fuula lama qabdii? turtii Kantiibaa Magaalaa Roobee obbo Nigaatuu Mootummaa waliin
1:06:09
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 72 М.
Looks realistic #tiktok
00:22
Анастасия Тарасова
Рет қаралды 105 МЛН
Эффект Карбонаро и нестандартная коробка
01:00
История одного вокалиста
Рет қаралды 9 МЛН
Caayaa : Tajaajila argachuun  yoo waa hiixatte malee rakkisaa ta'eera. hawaasa B/M/Shaashamannee.
1:06:53
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 31 М.
Caayaa, Kantiibaa Magaalaa Shaashamannee waliin.
1:04:52
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 96 М.
Qophii Caayaa: Faayilli barbaacha guyyaa lamaan dhabame garee caayaa waliin daqiiqaa 2'tti  argame.
1:02:44
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 32 М.
Qophii Caayaa turtii Kantiibaa Magaalaa Dodolaa waliin taasifame. Rakkoo  Misooma Ispoortiifi ibsaa.
1:03:35
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 29 М.
"ከ አንበሳ እግር ላይ ሚስማር ነቅያለዉ"   -  washew ende?@abbay-tv
1:08:15
Hospitaalli waggoota 10niin dura Sabbataatti eegalame maalirra jira. qophii caayaarratti.
1:01:55
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 25 М.
When an RV meets a zombie outside #rv
0:21
campingWorld
Рет қаралды 26 МЛН
😱ВСЕМ БЫ ТАКИЕ СТАЛЬНЫЕ НЕРВЫ
0:18
MEXANIK_CHANNEL
Рет қаралды 8 МЛН
Smart Sigma Kid #funny #sigma #comedy
0:26
CRAZY GREAPA
Рет қаралды 12 МЛН
Спит с ОТКРЫТЫМИ ГЛАЗАМИ! 😱😴
0:25
Взрывная История
Рет қаралды 5 МЛН
ВОДА В СОЛО
0:20
⚡️КАН АНДРЕЙ⚡️
Рет қаралды 23 МЛН